You are on page 1of 2

BEEKSISA

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa bara barnootaa 2011 barattoota haaraa


gosa barnootaa gara garaatiin  digirii tokkoffaa fi lammaffatiin sagantaalee
torbee, fagoo fi galgalaatiin simatee barsiisuu barbaada. Gosoonni
barnootaas,
Digrii tokkoffaadhaan 
1.Accounting and Public Finance, 
2.Agri-business and Value Chain Management, 
3. Business Management and Entrepreneurship,
4.Governance and Development Management,  
5. Economics and Development Finance, 
6.Human Resource Management and Leadership,  
7. Law (weekend and Extension)
8.Procurement and Supply Chain Management and 
9. Management 
10.Management Information System( Extension only)
11.Information Technology( Extension only)
12.Quality Management (KAIZEN) (weekend only)
Digrii lammaffaadhaan  
1. Leadership and change Management
2. Development and change Management 
3. Public financial Management 
4. LLM in Commercial and investment Laws 
Buufataalee Barnoonni Digrii jalqabaa itti kennaman 
Adoolaa, Maqii, Adaamaa, Shashamanne, Ambo, Sabbataa, Burrayuu,
Bishooftuu, Laga Xaafo, Sululta, Mattuu, Baddalle, Jimma, Dambi-Dollo,
Gimbii, Naqamtee, Shaambuu, Haromaayaa, Ciiroo, Baalee-Roobee,
Asallaa, Arsi-Roobee, Yaabeello, Fichee,Waliso fi Baatuu
Buufataalee Barnoonni digrii lammaffaa itti kennaman 
Baatuu, Shashamanne, Sabbataa, Bishooftuu, Buraayyu   fi Adaamaa.
Ulaagaalee Barnootaa 
Digrii Jalqabaatiif 
1)      Dorgomtoota  kolleejjota TVET irraa Level IV fi isaa oliin   eebbifaman
yoo ta’an raga COC dhiheeffachuu kan danda’an  
2)      Dorgomtoota qormaata qophaa’inaa (preparatory) xumuran yoo
ta’an  qabxii  ministeerri barnootaa bara baraan seensa dhaabbilee
barnootaatiif baasuu fi kan 2011tiif   keessa barnoota ol’aanaa galuuf ni
dandeessisa jedhee murteesse 
3)      Dorgomtoota imaammata  barnootaa darbeen xumuran yoo
ta’an  dippiloomaa (12+2)  kan qaban 
4)      Namoota dhaabbilee barnootaa beekkumtii qabaatan irraa digrii biro
yoo qabaatanii fi  murteessummaa barnootni kun hojii isaaniif qabu ilaalanii
barachuu barbaadan
5)      Dorgomtoota sirna barnootaa duriitiin kutaa 12 ffaa xummuranii  Gosoota
barnootaa Heerregaa fi Ingiliffa Dabalatee   qabxiin isaanii 2.00 fi isaa ol kan
taheefii waajjira mootummaa irraa hojjataa mootummaa tahuu fi ogummaa
jedhaameen  yoo barate faaydaa innii waajjirichaaf qabuu kan ibsuu
danda’u dhiheeffachuu kan danda’u 
Digrii Lammaffaadhaaf 
1. Digrii jalqabaa dhaabbata barnootaa olaanaa beekkumtii qaban irraa kan
argatan 
2. Gosa barnootaa barachuuf barbaadan waliin barnoonni digrii kan walitti
dhufeenya qabu 
3. Barattoota barnoota LLM dhaan barachuu barbaadaniif bara 2003 as digrii
isaanii kan xummuran yoo tahe qormaata bahiinsaa ‘exit exam’ kan darban
tahuu qabu
Yeroo Galmee
Digrii jalqabaatiif 
•      Guyyaan Galmee Hagayya 2 hanga Fulbaana 25,2011 ALI  
•      Qormanni seensaa Onkololessa 4 bara 2011 ALI buufataalee irratti
galmooftan qofaatti ta’a
      Digrii lammaffaatiif 
•      Guyyaan Galmee Hagayya 2 hanga Fulbaana 13,2011 ALI  
•      Qormanni seensaa Fulbaana 15 bara 2011 ALI buufataalee irratti
galmooftan qofaatti ta’a

You might also like