You are on page 1of 3

Yaad rimee Qorannichaa(Concept note paper)

Yaad rimeen waraqaa qorannoo yaadoota waraqaa qorannoo keessatti


hammatamaan ykn kaayyoo qorannichi akka gaggeeffamuu barbaadameef ibsuun
karoorri qoranniicha deeggarsa akka argatuu fi dhimmaamtoota biraatti
fudhatama akka argatuuf yaad rimee qorannichaa bifa gababaa ta’een

qopheessuun barbaachisaa dha.


Haaluma kanaan yaadrimee waraqaa qorannoo kun dhimmoota kanaa gadiitti
dhiyaatan gabaabinaan haala haammateen dhiyaateera.
1. Mata duree waraqaa Qorannoo:
“Xinxala Gahumsa waliin gahiinsa daandii baadiyyaa(URRAP) Godina Shawaa Lixaa”
2. Naannawaa qorannicha:
Qorannoon mata duree armaan olitti tuqame irratti gaggeessuuf filatamee
kun aanaalee godina shawaa lixaa jala jiraan keessaa saamuda fudhatameen
aanaalee 10(Aanaa ada’aa Bargaa, Ejeree, Amboo, Dirree Incinni, Jibaat,
Noonnoo, Tokkee Kuttaayee, Iluugalan, Baakkoo Tibbee fi Calliyaa irratti
gaggeessuuf filatameera.

3. Seen-duubee qorannichaa
Hojiin daandii akka biyyittii xiyyeeffannoo argatee sagantaa misooma bocamee hojii
irra ooluu kan jalqabame bara mootummaa Fiwuudalaa 1951 ALH jalqabamuu isaa
kan agarsiisuu yoo ta’uu(ATDI,2009).
Bara 1970tti ALH sagnataan babal’inaa daandii baadiyyaa jedhuun omisha fi dilbii
qonnaa jiru geejjibsisuu fi bu’aa barbaadamu argamsiuu xiyyeeffatame akka hojjatamu
ta’eera.
Gama biraatiin, bara 1951 uwwisni daandii waliigala byyatti 6,400 km kan ture bara
2009tti gara 46,812 kms guddateera (ATDI,2009). Kunis ta’uu kan dnada’eef
xiyyeeffannoo seektarichaaf kennaamee foyyee qabachuu agarsiisa.
Keessayuu yeroo ammaa kanaa mootummaa feederaals ta’ee naannoo quqlullina fi
waliingahinsa bu’uuralee daandii dabaluuf xiyyeeffannoo guddaa kennuuf hojjata akka
jiru beekamadha.
Akka godina keenyattis waliigahiinsi daandii Aanaa aanaatti garagarumaa haa qabatuu
iyyuu malee barroottan mootummoota darbaanii irraa eegalee jijjiirama mul’achaa akka
dhufee fi innis bara mootummaa daargii KM---- kan turee bara mootummaa
dimookiratawaa reepabilikaa Itiyoophiiyaa km--- irraa gahuu danda’eera.
Rakkoolee seektara misooma daandii keessa jiruu kanneen waliigahiinsa ,qulqullina fi
hojii irra oolmaa sagantaa waliingahiinsa daandii baadiyyaa (URRAP) walqabata adda
baasuun dhimma murteessa dha.
4. Rakkoo himaamsaa
Barbaachisummaan waliingahinsi daandii giddu gala misooma baadiyyaa fi
hawaasa magaala kan akka fedhii bu’uuralee
fayyaa,barnoota,qonnaa,gabaa/daldalaa fi kkf waliin hidhata guddaa waan
qabuufidha (RRNDS Final Main Report, 2012). Gama biraatiin,harkifannaan piroojektootta
daandii yeroo ijaarsa kenname keessa tti xumuramu dhabuu rakkoo isaa ijoo indaastirii ijaarsa
keessatti muudatuudha.
Kanaan walqabatee piroojeektiiwwn daandii godina keenya keessatti saganataa kanaan
hojjatamaa turanii yeroo ,sadarkaa qulqullina barbaadamiuu fi baajata taa’een baaxii ka’amee
hin xumuramin kan jiran yoo ta’uu.Fknf: Aanaa Ambootti daandii---,------,----,--------- eeruun
ni dnada’ama.Akka waliigaltti saamuda filatamee keessa Km---- rakkoo olitti tuqaman kanaan
saaxilamanii dha(ATDGShL,2013).
Sababoota hanqinaalee olitti tuqaman kanaan daandiiwwan ijaaramanii tajjaajilaaf bana ta’aan
yeroo gahumsa isaanii oli taajajiluun mancaa’anii kufaatiin fedhii misooma waliigala fi
bu’uuraa daandii irratti qabuu akka muudatu taasisaa jira.
Unfulfilled demand can lead to dissatisfaction of the end users. While the existence of
frequent delays and cost overruns in road construction projects in the region was recognized,
no systematic research has been undertaken to document and systematically analyze the
problem. Hence, this study was initiated to generate scientific information that may help
policy makers to make informed decisions towards improving the performance of the road
construction sector in the region.
5. Kaayyoo qorannichaa:
5.1. Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa Xiinxala Gahumsa waliin gahiinsa
daandiiwwan baadiyyaa irratti qabu qaaccessuu yoo ta’uu;
5.2. Kaayyoo gooree
- uwwisa qabeenya daandii fi gaahumsa waliingahiinsa daandii baadiyyaa
godinichaa fi aanaalee filatamani keessatti argamuu xinxaaluuf,
- Gabaasalee fi sagantaalee babal’ina misooma xinxaluuf
- Walitti dhufeenya fi hariiroo misooma daandii fi giddu gala misooma biroo fana qabu
adda baasuuf
- Ilaalcha fi hubannoo hawaasni misooma waliingahiinsa daandii irratti qabu
xiinxaluu fi ga’umsaa hawaasni hojii daandii irratti qaban xiinxaluu •
6. Gaaffilee qorannoo fi jennaawwan
7. Sakatta’insa barreeffamoota wabii
8. Hammata tiyooritikaalii
9. Tooftaalee fi Mala Qorannichaa

You might also like