You are on page 1of 2

Guyaa_______________

Ejansii ijaarsaa fi misooma manneenii oromiuaatiif Fininnee


Dhimmi:- Waee meeshallee istorii keessa jiur baduti akka jirru issin beeksisu taa Akkuma guba irrati ibsameeti wajirii misooma amannenii magaalaa haaramaayaa keesati argamu guyyaa 30/10/2004 irra jalqabee xalaayaa hujii irra nu-dhabuun issa nibeekama. Haluma kanan aniis guyyaa 18/10/04 irrati xalayaadhaan meeshalle naharkati jiru nara qeballa jedhe gaafadheetin jira. Itti gaafatamaan waajirchaatis meesha osso nara hinqeebalin kara adamati seenani jiran. Hatahu malle yerro kun tau xaalaayaan armaan oliti tuqamee yerro nu-keenamu qabeenyi motuma kan nuharkaati jiru nuraqeebluutu irra jirata. Kun osso hintain hafu issatira kan kaee 1ffaa-qabeenyi motumaadha danta dhabuumaa fi bataluumaadhaan adeemsa mofawa bodati hafa taeen wajirichi waan itti fayadameef qissasama jirachu issati. Yerro motumaan keenya guddina biyyaatittiif halkanifi guyyaa misomaaf tattafacha jiru kana keesatti waajiri kun gocha bulchinsa gaarii motumaan gad dirirrisee jiru kana faalla deemuun issa anaaf gaafiidha? Qamini dhimmi kun ilalluufis gaafidh? 2ffaa- akka lammi biyatitti qabeenyi kun waardiyaa qabaatu ille furtuun waan naharkati argamuuf jecha samuun koo boqonaa dhabee jira. 3ffaa- jiaa 9 gutu akkan hojii barbadhdhe hinseene taeettin jira. 4ffaa- jiaa 9 gutu hujii malle fi mindaa malleen tauti jira. Kara wajira keesaninnis guyyaa 15/04/05 xaalayaadhaan wajira polisi magaalaa haramaayatiif kalatiidhaan gargalchaan faxi issinif godheetin jira amaas yerro 2ffaaf guyyaa 20/06/05 istoriin qorqorodhaa baqeqisuudhaan qabeenyyi motumaadha fudhatama jira kanaas guyyaa 21/06/05 kalattidhaan waaj/polisi magaalaa haramaayaatiif gargalchaan issinif faxi godheetiin jira. Kun akkuma jiruti taee yero ammaatitti yerro yerroodhaan qabenyi motumadhaa waan badaa jiruuf kalatidhaan abaan issin wan taataniif jecha qabeenya motuma yerro gabbabba keesati akka nara qeebaltan kan bodaafis taee kanan durati qabeenyya motuma badaa jiruuf akkan itti hingaafatamine akka naf bekamu kabajaanin issin gaafadha. N/W Natsaanat Abaataa Hojatuu istorii waaj/MMMH G/G Waaj/polisi magaalaa haramayaatiif Waaj/magaalaa haramayaatiif Waaj/Haqaa Aanaa haramayaatiif Waaj/Mana murti Aanaa haramayaatiif Waaj/Dhabaa magaalaa haramayaatiif Haramaayaa

Guyaa_______________ Waaj/P/M/M/M/Haramayaatiif Haramaayaa

Dhimmi:- Waee Meeshalle istorii kessa jiruu akka naraa qeebaltan ilallaa. Akkuma dhimma irrati ibsuuf yaalameetti Guyyaa 30/10/04 irr jelqabee walgaltee akka addan kutine

You might also like