You are on page 1of 5

Guyyaa 28/05/2014

Biiroo Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Oromiyaa Tiif


Finfinnee
Dhimmi isaa: bu’aa qabxii caalallii caalbasii qorannoo dookimantii teekinikaa beeksisuu
ta’a
Akkuma armaan olitti ibsame qorannoo alaatiif mata duree “profitability and effectiveness of
Oromia public enterprise” jedhu irratti caalbasiin ifaan gaazexaa Adis Zaman irratti gaafa guyyaa
sadaasa 30/2014 A.L.I. bahuun isaa ni yaadatam. Buuruma kanaan koreen teekiniikaa
dookimantii teekiniika qulquleesse adda baasuuf dhaabbate haala ulagalee TOR keessa ta’ee
jiruun dorgoomtoota dhiyaatan calallee bu’aa firii isaa qaboo yaa’ii fuula 4(Afur) qabu waliin
walqabsifnee isinii erginee jira.
Nagaa wajjin!

Walitti qabaa koree teekiniikaa


G/G
 Damee Qorannoo Pirojeektii fi Inveestimantiif
 Damee Dhaabbilee Qonnaa fi Manufaakchariingiitiif
 Damee Dhaabbilee Albuudaa fi Konistraakshiniitiif
 Daarektoreetii Bittaa, Bulchiinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii
 Koree Caalbasiif
Guyyaa 28/05/2014

Qaboo yaa’ii Koree teekinikaa qorannoo caalbasii alaa


Iddo marii……………………………………galma Birroo Dhaabbilee Misoomaa
Sa’aa …………………………………………3:00-6:15
Hirmatoota
1. Obbo Caalaa Alamuu ……………………..Wlitti qabaa
2. Obbo Damxoo Hundumaa…………………barreessaa
3. Obbo Daksisaa Guutaa……………………Miseensa
Ajandaa marichaa
Dookimantii qorannoo kan teekinikaa dhiyaate ilaaluun adda baasuu
Qorannoo “profitability and effectiveness of Oromia public enterprise” jedhu irratti caalbasiin
ifaan gaazexaa Adis Zaman irratti gaafa guyyaa Amajjii, 09/2014 A.L.I. bahe irratti
dorgoomtoota 7 (Torba) yuniversitii mootummaa fi gorsitoonii dhunfaa kan dhiyaatan
haala ulaagalee TOR keessa ta’ee jiru irratti hunda’uun dookimantii teekinikaa(technical
proposal) isaan dhiyeeffatan ilaaluun adda baasuuf sakata’iinsa dokiimantii taasisuu.
Akkatuma kanaan dorgomiif kan dhiyaatan
1. Arsi University
2. Ambo University
3. Adama Science &Tch. Unive
4. Victory consult
5. Ethiopian Management Institute
6. Ammi consulting Firm
7. Winners Management, Business and investment services
Yoo ta’aan haala ulaagalee TOR keessatti akka armaan gadiitti ta’ee jiru bu’uura godhachuun
qabxii isaan argataan adda bahee jira.
1. Criteria for selection of Technical Proposal
1.1. The Technical Proposal should provide the following information:
(i) Summary of the Technical Proposa
Description of key features of the Technical Proposal, the special competence provided by the
Tenderer, and the main objectives as perceived by the Tenderer.
(ii) Tenderer´s Experience
A brief description of the Tenderer´s organization and an outline of recent experience on
assignments of a similar nature.
(iii) Approach and Methodology
A short description of the methodology by which the Tenderer proposes to execute the services.
(iv) Curriculum Vitae (CV’s)

CVs of each individual team member shall be submitted. CVs have to be signed by the proposed
staff member and the authorized representative submitting the Tender, when so expressly
required by the ToR.
(v) Work Plan/Time Schedule

The work programmed should include a bar chart of items and sub-items and graphics of the
work plan proposed by the Tenderer.
(vi) Total Time Input

Estimate of the total staff input of time (core team and support staff) to be provided to carry out
the “Services” should be indicated.
2. Evaluation Criteria and Point System
2.1. The technical Proposal shall be evaluated and weighed according to the following:
I. Consulting firm’s general experience and relevant experience in the field covered by the
Terms of Reference (ToR) ----------------------------------------------------25%
II. Appreciation of and responsiveness of the consulting firm’s proposal to the ToR- 15%
III. Adequacy of the proposed methodology, work plan and time frame for undertaking
tasks as stated in the ToR--------------------------------------------30%
IV. Qualifications and competence of key personnel for the assignment------------30%
Total points ------------------------------------------------------------------------------------100%
Name of consultancy firm

Arsi Ambo Ada Victo Ethiopi Ammi Winners


s/ Uni Univer ma ry an consul Managem
Evaluation Criteria and
n vers sity Scien consu Manag ting ent,
Point System
o ity ce lt ement Firm Business
&Tch Institut and
. e investment
Univ services
ersity
1 Consulting firm’s
general experience and
relevant experience in 23 22 23 24 22 22 21
the field covered by the
Terms of Reference ToR
- %25
2 Appreciation of and
responsiveness of the
consulting firm’s 12 12 12 12 12 11 12
proposal to the ToR-
15%
3 Adequacy of the
proposed methodology,
work plan and time 27 29 29 29 26 25 24
frame for undertaking
tasks as stated in the
ToR-30%
4 Qualifications and
competence of key 27 27 28 26 25 26 24
personnel for the
assignment-30%
Total score 100% 89 90 92 91 85 84 81

Qabxii waliigala%100 irraa


8. Arsi University …………………………………………………… 89%
9. Ambo University …………………………………………………. 90%
10. Adama Science &Tch. Unive…………………………………….. 92%
11. Victory consult……………………………………………………...91%
12. Ethiopian Management Institute…………………………………… 85%
13. Ammi consulting Firm……………………………………………...84%
14. Winners Management, Business and investment services………….81%

Bifuuma armaan olitti dorgomtoonni qabxii %100 keessa argatan kana irratti hunda’uun
ga’een teekinikaa %70 irra kan madaalamu waan ta’eef qabxii dhibbarra argame kana
gara %70 yoo jijjiiramu:

1. Arsi University …………………………………………………… 62.3%


2. Ambo University ………………………………………………… 63%
3. Adama Science &Tch. Unive……………………………………… 64.4%
4. Victory consult…………………………………………………….. 63.7%
5. Ethiopian Management Institute………………………………….. 59.5%
6. Ammi consulting Firm…………………………………………….. 58.5%
7. Winners Management, Business and investment services………….56.7%

Kan argataan ta’ee dhaabbileen afur isaanis Arsi University, Ambo University, Adama
Science &Tch. Unive fi Victory consult ulagalee teekinikaa kan guutan ta’ee faayinansiif
dorgomuu kan danda’aan yoo ta’u kanneen hafaan sadi Ethiopian Management Institute,
Ammi consulting Firm fi Winners Management, Business and investment services qabxiin
teekinikaa isaan %70 irra argataan %60 gadi waan ta’eef dorgomii faayinansiif kan hin dabare
ta’u ibsaa sagalee tokkoon irratti waligaluun adda baasnee akka armaan olitti ka’uun walga’iin
xumuramee jira.

You might also like