You are on page 1of 2

Keella fayyaa Aanaa kenyaatiif

Dhimmi Isaa eCHIS ilaalchise hojiin yeroo gabaaba keessa

Xumuramu dhabe galmeessu Abba warra bira duubatti hafee jiru

1ffaa Ragaa bu'uura Abba warra (kebele population profile) jalatti

Bayyina itti gafatamtoota garee misooma ( 1-30) 0

Bayyina itti gafatamtoota ollaa (1-7) 0

Abba warra RMDD keessatti hammataman 0

2ffaa Manni fiincaani Abba warra gosa mana fiincaanitin guutama

dhabu.

3ffaa Waa'ee Abba warra kan ibsu

Abba warra mana beeyiladoota kofaati qaban guutama dhabu

Abba warra bakka nyaata itti bilchesan qaban guutama dhabu

Abba warra bakka kosii goggogaaf dhangala'oo akkasumas

saaphana siree guutama dhabu.

4ffaa Faayiila tajaajilamaa jalatti tajaajilli kenamu guutamun hojii itti aanee hojatani Akka armman
gadiitti tareefame

All clients

Dubartoota ulfaaf deessu

Rifeerii atattamaa haadhole ulfaaf hoosistoota

Tajaajilamtoota karoora maati

Daa'imman dhibamoo

Talaaliwwan daa'immanii

Talaaliwwan minjaallo

Disease fi COVID-19 hojii itti fufiinsan hojachuuf isin eeggatu

ta'uu hubatanii gandoonii Abba warra fii qabeenya Abba warra

galmeessu xumurtan galatooma jechaa, kan duubatti haftan


Yeroo gabaaba keessatti Akka xumurtan isin beeksifna

GG

1, Itti gafatamtoota W/ra keenya

Obbo Abdulhamid A.Zinab

Obbo Abooma Margaa

2, Bulchaa Aana

Obbo Taajuu Abba Biyyaa

3 , Wr/ra Paartii

Obbo Mohamed A.Zinab

4, PHCUD Aana keenya

5, Qin.Kar. baj hor.gam.W/ra keenya

You might also like