You are on page 1of 2

Hojjatoota Exteenshini Fayyaa Aanaa keenya hundaaf

Jirttuu Akkam jirtan

1, Tajaajila fayyaa yeroo kenitan eCHIS fayyadamaa ragaa

tajaajila fayyaa guyya gguyyaan gara servariitti sync godhaa.

2, Madaalliin raawwii hojii akka kanaan duraa galmeesu Abba w/ra

oso hinta'in "Tajaajila fayyaa eCHIS kename" ta'a

3, Gabasa ji'aa HP irraa dhufee dhis2 galu, ragaa eCHIS waliin

walqixa ta'uu qaba

Fkn :- CAR gabasa ji'a 45 yoo ta'e, kan eCHIS 45 ta'uu qaba

BCG gabasa ji'aa 11 yoo ta'e, kan eCHIS 11 ta'uu qaba

4, kalaatti dogongoraa kanaan duraa qabatamee jiru,

"Abba warra xumurree tajaajila jalqabna" jedhu offkeessa

baleessatii kutannon Abba w/ra yeroodha gara yerootti dabala

deemuu duuka tarkaanfachuun dirqama wanta'ef,

tajaajilas walduukaa kennu dha.

5, Moosaajii "Gabasa" jedhu Jala Moosaajii "Gabasa Abba worraa"

Kan jedhu jalatti ragaa kanaan dura Abba worraa galmeesu biraa hafee

Jiru:-

A, kebele population profile

B, Mana fiincaanii Abba warra gosa mana fiincaanii

C, Household characteristics ( 1_7 hojii keessa galuu,1_30 hojii keessa galuu,Abba worraa fakki ta'an Fi
Abba warra miseensa IFH)

D, waa'ee Abba warra (kushiina,mana horiif jireena adda bahee Fi saaphan siree)

hatattamaan Akka guuttan

6, Moosaajii "eCHIS" jedhun ala Moosaajii biraa kanneen Akka

YouTube, Vidmate, Facebook, Music, Nashida,Mazmuur


,Galary, photo, Video kkf irratti feetanii jirtan osoo oltani hinbulin irraa

Xaragaa.sababni Isaa qabiyyee (storage) Isaa xiqaa waan ta'eef

Ragaa hinergus,hinbuusus.

"Provision of health services at HP through eCHIS"

"Verification of report through DHIS2 and eCHIS"

Waliin taane Aanaa keenya ceesifna.

You might also like