You are on page 1of 1

Ati Koleegalaa dha?

Ati Baqataa dha?

Sii Gargarii ni Dandeena!

Mirgaa fi Dirqamaa kee akka koleegalaa ykn baqataa Keeniyaa keessa jiru tokkotti yoo beekuu
barbadee:-

Jaarimayaa Kituo Che Sheria tti, Wajjiraa Isilii, Karaa 6, Gorofaa AMCO , Fooqii 6ffaa dhufudhaan
dhimoota seeraa, gorsaa wa’e dhimaa seeraa , wa’e hiidhaa poolisaa fi waa’ee seeraan alaa Keeniyaa
keessa jirachuu ilaalchisee tajjajilaa barbachisaa argachuu ni dandetaan.

 Bultii soodomaa (30) keessatti wajjiraa Mootummaa, Daamee Dhimaa Baqataa, Shaurimoyo tti
galmayuu qabachuu kee hin dagatiin!
 Warraqaa enyuumaa siif keenamee qabatee deemu kee hin dagatiin!
 Warraqaa enyuumaa kee koopii gotee mana kahu kee hin dagatiin!
 Hidhamtee mana murtii yoo sii gesaan koleegalaa ykn baqataa ta’u kee ibsu hin dagatiin!
 Mirgaa kee akka ilma namatti fi baqataatti qabdu ibsu yeroo kamu hin dagatiin!

Kituo Cha Sheria

Forced Migration Programme, Advocacy and Outreach


Urban Refugee Intervention Programme (URIP)
1st Avenue, 6th Street, AMCO Plaza, 6th Floor
Monday – Thursday 8:00AM- 5: 00PM
0202451631/ 0720806531/ 0736867241
E-Mail: info@kituochasheria.or.ke
www.kituochasheria.or.ke

You might also like