You are on page 1of 3

Akkadamii abeam yuuz

Maqaa__________________________________ Bara 2016 Battalee Afaan Oromoo

Kurmaana 1ffaa Kutaa 5ffaa Guyyaa ______________Maqaa barsiisaa ______________


I. Lakkoofsotaa Fi Jecha Lakkoofsoota Walitti Firoomsi

‘‘A ‘’ ‘’B’’

____1. Torbaatamii shan A. 29

____2. Shantamii torba B. 38

____3. Digdaamii sagal C. 81

____4. Sagaltamii afur D .43

____5. Kudha lama E. 75

____6. Soddomii saddet F. 12

____7. Saddetamii tokko G. 57

____8. Afurtamii sadii H. 94

II. Gaafilee Armaan Gadii Deebisi.


9. Qubee xixiqaa 2 barreesi. ______ ______

10. Qubee dubbifamaa 3 barreesi. ______ ______ ______

11. Qubee dubbachiiftuu 2 barreesi. ______ ______

12. Qubee dachaa 3 barreesi. ______ ______

III. Ji’oota Waggaa Tartiibaan Barreessi

Sadaasa fulbaana onkolooleesa

1. ___________________
2. ___________________

Mallattoo maatii __________ mallattoo barsiisaa ____________


Guyya ______
3. ___________________

Akkadamii abeam yuuz


Maqaa__________________________________ Bara 2016 Battalee Afaan Oromoo

Kurmaana 1ffaa Kutaa 6ffaa Guyyaa ______________Maqaa barsiisaa


______________
I. Ji’oota Waggaa Tartiiba Isaanii Waliin Walitti Firoomsi

‘‘A ‘’ ‘’B’’

____1. sadaasa A. 29

____2. Eebla B. 38

____3. camsaal C. 81

____4. hagaya D .43

____5. Fulbaana E. 75

____6. Mudde F. 12

____7. Onkolooleessa G. 57

____8. Amajjii H. 94

II. Gaafilee Armaan Gadii Deebisi.

9. Qubee gurgudda 2 barreesi. ______ ______

10. Qubee dubbifamaa 3 barreesi. ______ ______ ______

11. Qubee dubbachiiftuu 2 barreesi. ______ ______

12. Qubee dachaa 3 barreesi. ______ ______

III. Lakkoofsa sirrii filachuun barreessi


29 87 13

13. saddetamii torba _________

Mallattoo maatii __________ mallattoo barsiisaa ____________


Guyya __________

14. digdamii sagal _______

15. kudha sadii

You might also like