You are on page 1of 4

Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Xuullootti

Cheeklistii Hojii Paartii fi Mootummaa


Ji’a Fulbanaa Sad.Gandaatti hojjetamuu

Hagayyaa 30/2015
Hirna

Cheeklistii Paartii Badhaadhinaa Aanaa Xuulloo Fulbana 2016


Cheeklistii Hojii Paartii fi Mootummaa Sad.Gandaatti raawwii gannaa
xumuruu fi ji’a Fulbanaa hojjetamuu qabu
1. Hojiiwwan Siyaasaa fi Ijaarsaa bara 2016
A. Hojiiwwan siyaasaa keessaa ijoon hojjatamuu qabu:
 Gamaaggama Raawwii hojii ji’a lamaa hanga gandaa gaditti gaggeessuu
 Mariin Qayyabannaa Seelii hojimaataan idileessuu fi seeliin hundi ofibeekuu qaba.
 Hojii sadarkaa gandaatti hojjatamtu mara midiyaa hawaasaan beeksisuu
 Ganda hunda keessatti Raayyaan midiyaa kaayyoo fi ilaalama Badhaadhinaa ibsu sirritti ijaaramuu
qaba.
B. Gurmaa’iinsaa paartii Cimaa Uumuu fi Hojimaata lafa qabsiisuu
 Miseensonni paartii keenyaa hunduu gurmaa’iinsaan hammatamuu isaa mirkaneessuu
 Akkaataa hojimaata Gurmaa’iinsaa paartii eegeen gurmaa’uu isaanii mirkaneessuu
 Miseensonni fi Gurmaa’iinsi paartii keenyaa hunduu ergamootaa paartii keenyaa raawwataa
jiraachuu mirkaneeffachuu ,Miseensis ta’ee gurmaa’iinsi ergama ala jiru yoo jiraate dafnee
sirreeffama fudhachuun ergama irrratti ijaaruu.
 Hundee,Seelii fi Miseensaa cimaa ijaaramuu isaa fi Sagantaa idilee hojimaata eegee
gaggeeffamaa jiraachuu mirkaneeffachuu.Karaa ijaarameen ergama kennameef raawwachaa
jiraachuu mirkaneeffachuu fi gurmaa’iinsas ta’ee miseensaa ergama irratti ijaaruun cimsuu
 Gurmaa’iinsaa fi Miseensi keenyaa Karooraa qabaachuu isaanii fi Karoorichas qajeelfama hojii
taasifachuu isaanii qamaan suphaarviizhinii gaggeessuun cimsaa deemuu.
 Araddoota rakkoo Qindoomina Caasaa jirutti gurmaa’iinsa keenyaa irraa deebinee
ijaaruudhaan,deeggaruun akka ciman taasisuu.
 Gurmaa’iinsi paartii hunduu Gamaaggama hojii ji’a lamaa(2) akka gaggeessu taasisuun
Hanqinnootaa fi Ciminnoota raawwii hojii irratti jiru adda baasuun sirreeffamni hojimaata
giddu galeeffate taasiisuu irratti kallattii kennuu fi kallattichi hojii qabatamaatti akka hiikkatu
hordofuu
 Ragaa galchinu araddattis document ta’uu fi ragaa keessatti Qulqullina faayilaa irratti
ofeeggannoo gochuu yoo rakkoon isin biratti mul’ate daftanii Aanaa qunnamuun
sirreeffama taasisuu
1. Hojiiwwan Mootummaa Karoora Gurma’insa Mootummaa
1. Karoorii Zoonii Misoma qopha’u karoora _____ Rawwii ________
a. Karoora Garee Misooma qophaa’u Karoora ______ Raawwii _______
2. Karoora Qonnaan bulaan qophaa’u karoora ______ Raawwii _______
3. aroora Rakkoo bulchinsa gaarii qophaa’u karoora ______ Raawwii ____
4. Rakkoowwan bulchinsa gaarii fuuraman Karoora ___________ Raawwii
_____________
5. Dhiheessi calla gudiftuu sadarka Aradaa fi sanyii
a. NPS karoora _______ Raawwii ______
b. NPS Bora Karoora _______ Raawwii _______
c. UREA karoora ________ Raawwii _____________

Cheeklistii Paartii Badhaadhinaa Aanaa Xuulloo Fulbana 2016


d. Riformii Waldaa’ee gochuu karoora _________ Raawwii _______
6. Quusannaa sadarkaa Araddatti baankki siinqeeti qusachuu akka Araddaa karoora
_____ Raawwii ______
7. Deebi’iin liqi fanddii karoora _____ Raawwii ______
8. Hojiwwan galii mootummaan Sadarkaa C. Araddoota keessa dugugamee galuu
maalira jira. Karoora ________ Raawwii ________
9. Sosochiin Buusa gonofaa sadarkaa Araddaa maalira jira ?
10. Hojiiwwan mana murtii Adaa galme dhihate, furmata kan argatee kan ol
dabarfame ? sababni ol dabarfamee?
11. Ijaarsii gaachana sirnaa maalira jiraa? Qabatamaan hojitti galee
12. Mallaqni milishaa karoroa ____ Raawwii ____ Raawwiin maalif gadi bu’ee
sababaa ha ibsamuu
13. Milisha leenjisuu karoora _____ Raawwii ____
14. Hojiiwwan carra hojii Uumuu callalii hojii dhaba fayillin Adaan bahee ta’a jira.
Lafaati qophaa’ee jira. ?
15. Daangaa Bosonaa keessa Nama dhunfaa fi caasaa baasuu karoora _______
Raawwii __________
Cheeklistii Inisheetivii Mootummaa
1. Inisheetivii Misoomaa Qonnaa
 Qonnaa gannaa qotuu karoora _________ Raawwii _______
 Qamadii gana Jallisii Karoora _________ Raawwii ________
 Ruuzaa qotuu Karoroa __________ Raawwii __________
 Salixaa qotuu Karoora __________ Raawwii ___________
 Boleqee qotu karoora __________ Raawwii _________
 Mashoo Karoora _________ Raawwii __________
 Ocholonii Karoora _________ Raawwii _____________
 Mi’eesituu Karoroa ____________ Raawwii ___________
 Bunaa Dhaabuu Karoora ________________ Raawwii _______
 Avocadoo Dhabuu Karoora __________ Raawwii _________
 Gaguraa Amayaa Karoora _________ Raawwii _____________
 AI Karoora ________ Raawwii ___________
 Varm/Compost Karoora _________ Raawwii _________
 Lukuu sokke Karoora _________ Raawwii ________
 Nyaata beeyladaa _____________ Raawwii __________
 Kompostii qopheessuu M3 karoora ______ Raawwii _____
 Misooma Mixaxiis Dhabuu Hek. karoora _______ Raawii _______
2. Inishetivii Barnoota
o Mana jireenya barsisoota Karoora _______ Raawwii ________
o M/B bu’uura Boru ijaaruu karoora _________ Raawwii ______
o Daree dabalataa ijaaruu karoora _________ Raawwii _______

Cheeklistii Paartii Badhaadhinaa Aanaa Xuulloo Fulbana 2016


o Daree suphuu karoora ___________ Raawwii _____________
o Mana Fincaanii ijaaruu Karoora __________ Raawwii _____
o Qophii nyaata barataa midhaan sasabuu karoora ______ Raawwii _____
o Galmee bartoota galmeessuu karoora _______ Raawwii _____
o Maaliif galmeen xumuramuu dadhabee ?
4. Inishetivii Fayyaa
4.1. keella fayya suphuu karoora _________ Raawwii __________
4.2. Aradaa Odf gochuu karoora __________ Raawwii _______
5. Hojii Nageenyaa
 Xiinxala haala Nageenyaa qabatama gandaa fi gandaa gadii jiru namaa fi Maappiin adda
baasuu;(haala Caasaa Gandaa,haala Miseensa ,haala Hojjattoota Mootummaa,haala
Dargaggootaa fi haala Dubartootaa,haala Abbootti Amantaa,Abbootti Gadaa,Haala Sochii
Diinaa fi kkf sirritti adda baasuu)
 Caasaa Gandaa sirritti ijaaruun ofdandeessisuu
 Qindoomina Caasaa Milishaa fi Caasaa Siyaasaa sirritti cimsuu hojii hunda duguuganii
raawwachuu.
 Xiinxala haala Nageenyaa qabatama gandaa fi gandaa gadii jiru namaa fi Maappiin adda
baasuu(addatti Mandhee ABO dullattii fi qaama ergama Diinaa fudhatee socho’u saailuu fi
qaama ergama Mootummaa fi Paartiin gadi buusu fudhachurratti rincicu adda baasuun
to’achuu)
 Wal-tajjii Marii Nageenyaa Kutaa Hawaasaa bal’aa fi kutaa hawaasaa keessaa dhiibbaa Uumuu
danda’an waliin gaggeessuu(Mariin qaama hunda bira gahuu qaba)Mariin bu’aan madaalamuu
qaba.
 Ijaarsa Gaacheena Sirnaa Ijaaramee ture hojii qabatamaa keessa galchuun caasaa waliin
qindaa’ee ganda isaanii akka eeggatan taasisuu
 Sakatta’insa cimsuun fuula haaraa kamiyyuu eeggannoo tokko malee to’achuu
 Eegumsi dhaabbii fi sochii iddoo Shakkiin jirtuu fi hin jirrees Eegamuu qaba.keessattuu
halkan eegumsi sirritti cimsuu qabdu.
Ragaan kun Qindaa’ee Waajjira Paartii Aanaaf galuu qaba!!!

Cheeklistii Paartii Badhaadhinaa Aanaa Xuulloo Fulbana 2016

You might also like