You are on page 1of 8

1.

hojii ilaalcha jijjiiru hojaatame

 Ilaalchoota dogoggoora mul’ataan


-ilaalchoonii dogoggoora mul’aatan hin jiran
 Kutaa hawaasa ilaalcha kana qabu hin jiru
 Hojii ilaalcha jijjiiru hojaatame
Tarsiimoo fi istiraatejii sirna keenyaa ilaalchis
1. dimokiraasii 2.nageenya 3.misooma
1. dimokiraasii wal qixummaa dhalaa nama fi mirgoota namummaa
hubaachisu
1.1 ijaarsa sirnaa dimookiraasi lafa qabsiisuf dhabnii keenyaa hojii
baal’a hojaachuu fi hojaachaa jiraachuu isaa
2. nageenyaa; ilaalchisee waggootan 23 darbaan duraanii sababa
rakkoo nageenyaattin biyyii keenyaa kan beelaaf saaxilaamtee turtee
yoo ta’u yeroo amma kana biyyii keenyaa nageenyaaf tasgabbii
argatee jirtii ummata isheetiif mirkaana’ee argachuun cinaati gama
kanan diploomasiin biyyaa alaa wajjin qabduu illee sadarka
amansiisarraa jiraachuu isaa leenjifaamtootaaf ibsaame jira.
3.misooma ilaalchisee biyyii keenyaa armaan dura rakkoo beelaa
guddaa keessaa kan turtee yoo ta’uu yeroo amma kana guddina
ariifaachisaa argameen biyyee keenyaa qonnaara gara industirii tii
ce’uuf godaansa guddaa irraa jirtii
 Qaama hawaasa irratti hojaatame
1.dargaggoota 2.dubartoota fi adda duroota IMX fi jiraata tiif
-Karoora adda duroora jiraata dhi 100 ,du 100 ida 200
Rawwii Dhira. 85 dubaarti. 90 ida’ama 173
-Karoora adda duroora IMX dhi 100 ,du 100 ida 200
Rawwii Dhira. 70 dubaarti. 95 ida’ama 165
 Xumura irraa gahamee
Hawaasni baay’inii isaani armaan olitti kun istirateejjii sirnichaa
amanudhaan adda durummaa irraa gara kaadhimaamaa tti dhufuun
alaa raayyaan ijaaramanii tarsiimoo dhaaba fulduraatti ni
tarkaanfachisna jechuun walii galanii
2.leenjii ykn mariiwaan gaggeefame
Ajandaa marii gabaasa hojii mootummaa ji’a jaha karoora fi rawwii
irratti mari’atame
 Ajaanda marii fi xummra irraa gahame
1.hojii IMX 2.hojii fayyaa 3. Hojii barnoota 4.hojii nageenyaa 5.hojii
bu’uura misooma irratti
Hanqiinoota fi ciiminoota gama seektraa hundaa jiran irratti eega
mari’atamee booda gama hawaasattiin hanqiini hawaasa ykn
issaanummaa bira jiraachuu isaani waligalan gara fuldura
raayyoomun akka hojatan irratti waliigalan
 Baay’ina namoota argaman
-karoora garee misooma 42 abba warraa dhi 860 ,du 381 ,id 1241
Rawwii garee misooma 33 abbaa warraa dhi 597 ,du 450 id 1056 ,85%
kana keessaa
 Miseensa dhi. 320 du. 130 ida 450
 Mit-Miseensa dhi. 206 du. 400 ida 606
 Rakkoolee kahan fi falla ka’ame
-rakkoolee kahan koomii bu’uura misooma waliin qabatee
jiru kan akka dandii ,ibsa ,bishaan
Deebii, hojiin kamiyyuu kan hojaatamu yoo ummaani
hirmaate fi ummaani misoomni kan kiyyaa jedhee fudhaate
parsantii 60n hirmaate dha.
 Cimina fi hanqiina ture
- ciiminaa
Umaatni hubaannoo gaha argachuun kadhiimama irraa gara
miseensa dhaaba keenyaa amantaa guutuun dhuufuudha
-hanqiina
Baay’inii kadhimaamtoota hangaa barbadamuu argaamu
dhaabu

3.ijaarsa raayyaa misooma irratti hojii hojaatame

 Hojii raayyaa ummata (G/misooma, 1.5)irratti hojaatame


Marii idillee akka gaggeessan taasisuu ,karoora akka baaffatani
taasisuu ,
 Deeggarsa fi hordooffii taasifamee
Supervishiini gaggeessu ,torbaniitii yeroo lama bahuun deeggarsa fi
hordoofii taasisuu
 1.5 fi G/misooma ciicimoo fi dadhaaboo ta’an adda bahan
Ciima kan tahan garee misooma 10, 1.5 =
 Hojiilee gurguddoo 1.5 fi G/misooma hojaataman
-G/misooma 43 fi 1.5 meeqa? 255
 Miseensoota fi seelii gahee adda durummaa ishee bahan jiru

Baay’inaa seelii 11

Baa’inaa miseensa
 Miseensa haara G/misooma (seelii) kana keessaatti horaatame
Dhi. 21 du. 32 ida 53
 Ciimina fi hanqiina miseensa 1.5 ,seelii fi G/misoomabiratti mul’atan fi
furmaata ka’ame
cimini isaanii
 marii garee qayyabannaa gaggeesuu
 marii 1-5 gaggeessuun gabaasa galchuu
 miseenssa haaraa horachuu
hanqina qaban
 hanga karoorfatan hojichuu dadhabuu
 marii itti fufiinsaa gaggeessuu dadhabuu
 gabaasa yeroon galchuu irratti hanqina niqabu
4.hojiimata dhaaba hojiira olchuu irratti
 Waltajjiiwaan koree h/dhaabaa
Karoora 12 rawwii 12
 Waltajjiiwaan marii seelii karoora 12rawwii 12
 Baay’inaa H/dhaabaa mari’achuu qabu
Karoora 2 rawwii 2
 Baay’inaa seelii mari’achuu qabu
Karoora 42 rawwii 33
 Baay’inaa miseensa marii irratti argamu qabu
Karoora dhi. 316 du._135 ida 451
rawwii dhi. 181 du 92 ida 273
 Miseensoon marii irratti hin argamne sababa isaa
Hojii dhuunfaa fi xiyyeeffannoo kennu dhiisu
 Hojii miseensoota harcaa’an irratti hojaatame
Ijaarumsa taasisuun akka qayyabatan taasisuu kakkaasiin irratti
hojetamee jira
 Sadarka H/dhaabaa ,seelii miseensa , 1.5 fi G/misooma kenname
Hundee dhaaba lachuu: B
Seelii jiraata:A=11,B=27,C=4 walii gala 42
Seelii IMX :A=3,B=11,C=2 walii gala 16
miseensa jiraata A=20,B=372,C=59 walii gala 451
miseensa IMX: A=9,B=355,C=49 walii gala 413
1.5=A=25,B=200,C=30 walii gala 255
Garee misoma :A=10,B=27,C=5 walii gala 42
 Ciimina fi hanqiina H/dhaabaa ,seelii bira jiru
Ciimina H/dhaaba fi seelii bira jiru
-karoora bifa guutuun baafachuu,seeliin qayyabana ishee
gaggeessu
Hanqiina H/dhaaba fi seelii bira jiru
Qayyaabana harcaati qabachuu H/dhaaba seeli to’achuu dhaabu
 Kallatti furmaata ta’e
Qayyaabana harcaati malee akka gaggeessan taasisuu ,H/dhaaba
to’aana fi hordooffii seliif taasisu qabdii

5.hojii miseensoota liigii irratti hojaatame

Liigiiwaan hojii dhaaba irratti akka hojaatan

 Karoora akka yeroon baafatan


 Marii idilee isaanii akka gaggeessan gochuu
 Waajjira kennuufiidhaan hojii idilee akka hojetan taasisuu

Marii miseensoota waliin gaggeeffamu

Karoora dhi. 316du.135 ida 451


rawwii dhi. 181 du. 92 ida 273
-Ergaama itti kennaame fi rawwatame
Hojii IMX ,hojii barnoota ,hojii fayyaa ,hojii misooma ,hojii
nageenyaa fi hojii ijaarumsa adda adda akkasumaas marii
sadaraka sadarka dhaan jiru ciime akka itti fuufuu ergamnii
kennamefi
-miseensoota haara horaatame

6.hojii waldalee hawaasa irratti hojaatame


Karoora dhuunfa akka baafatanii ,karoora waliini akka baafatanii
gochuu ,marii idillee akka gaggeeffamuu fi ijaarumsi akka ciimu
hojaatame jira

-hojiilee gurguddoo hojaatame


Hojii ijaarumsa lafa qabsiisuu fkn raayyaa IMX,raayyaa
dubartoota ,garee raayyaa keessatti seelii ijaarufi karoora sadarka
sadarkan jiru keessatti hojii ciimatu hojaatame
-miseensoota waldaa haara horaatame hin jiru
7.hojii foo’annoo miseensa
-miseensa haara hooratame
-jiraata keessaa Karoora dhi. 100 du.100 ida 200
rawwii dhi. 83 du. 90 ida 173

-IMX keessaa Karoora dhi. 100 du. 100 ida 200


rawwii dhi. 70 du. 95 ida 165

-baay’inaa seelii miseensa haara horaatame

Ijaaramaa waan jiraniif ijaarumsi hin xumuramne

-foormii iyyaannoo kan guutaan


karoora dhi. 200 du. 200 ida 400
rawwii dhi 153 du 185 ida 338
 Koonfaransii irratti dhiyyataan kan mirkaana’an

-miseensa jiraata Karoora dhi. 100 du 100 ida 200


rawwii dhi. 83 du. 90 ida 173
-miseensa IMX Karoora dhi. 100 du.100ida 200
rawwii dhi. 70 du. 95 ida 165
-miseensa osoo hin mirkaanooffane hafe
-jiraata dhi.____ 0___du.____0_____ida hin jiru
Sababa hinjiru

8.hojii qabiinsa raga miseensa fi hojii dhaaba haala irraa jiru


-orneeli miseensa guutamun faayila inaa ta’uu hojiin dhaaba
buusii kaffalu jalqabani jiru
9.faayinaansi dhaabaa ciimsu
-buusii miseensa jiraata kar 5412 raw 5412
--buusii miseensa IMX kar 4956 raw 4956
-galii maxxansalee kar 1690 raw 1690
Namoota bu’uura dhaaba IMX
1.Assafa lamma
2.Gammachuu Fiqaadu
3.Daggima caalaa
4.Dajjaane guutaa
5.Alaammaayyoo Ol’iqaa
Namoota bu’uura dhaaba jiraata ta’an
1.Shimaalis Mul’aata
2.Gazzahany Daggafa
3.asteer Taffase
4.Tsaggaa Maakoo
5.Sirneessa Nasgaa

You might also like