You are on page 1of 1

Lakk___________________

Guyya__________________

Mana Murtii Aanaa Suluultaatiif


Caancoo
Dhimmi :-Gabaasa Eerguu Ta’aa.
Himataan Obbo Dachaasaa Warquu fi Himatamaa Obbo Fiqaaduu Warquu jiddu falmmi jiru
ilaalchisee manni murtii Lakk 25786 guyya 22/03/2004 xalayaa bareeseen lafti himannaaf
ka’uumsa ta’ee kuun kan eenyu akka ta’e, eenyu akka itti fayyadama akka ture hanga yoomitti akka
itti fayyadamaa turan fi ballinni laficha hagam akka ta’e qulquleesinee gabaasnu ajajamuun keenya
ni yadatama.

Haluuma kanaan nutiis lafti himannaaf ka’uumsa ta’ee kuun magaala suluulta jala jira jechuun
himatan ibsani jiru yaata’uumalee tanaan duura wajjiri lafaafi eegumsa nanno Aanaa Suluultatiin
shalaggamu isaa ibsani jiru. maqa eenyutiin akka shalagame xalayaa Lakk sul/848/04 guyya
25/03/2004 bareesineefi ture isaaniis shalaggin maqaa Dachaasaa Warquutiin shalagamuu isaafi
hektaara(qarxii)0.68 ta’uu isaa xalayaa lakka G7/425/13/1 guyya 26/03/2004 nuuf eerganii
jiru.Yata’uu malee manni murtii lafa himanaaf ka’uumsa ta’ee kuun eenyu akka itti fayadama jiru fi
hanga yoomi akka itti fayyadame qulquleesuuf gandaaf xalayaa bareesine wajjira kenyarra ogeessa
eerguun qulquleessu waan qabena kanaaf immo himataan ajaja mana murtii gafaa guyya
25/03/2004 waan fidaniif guyya nujala gababateef belamni yoo jijjirame qulquleesine akka eerginu
kabejaan ibsaa raga wajjiri lafaafi eegumsa nanno aanaa suluulta nuuf eerge fuula 1 (tokko)eerguu
keenya kabajaan ibsina.

Nagaa Wajjiin

G/G

 Kutaa Seeraa Wajjira Keenyatiif

Suluulta

You might also like