You are on page 1of 12

Lakk Galmee 30482 Guyyaa 1/4/2016

Mana Murtii Aanaa Mattuu tiif

Mattuu

lyyataan/himatamaa/:obbo Mabruuk Badiruu

Teessoon G/l/A/Boor Magaala Mattuu G/Qolloo Kormaa Abukaatoon kaasahun Amiid

Wamamaan/himataa/:obbo Sabsiib Xuruhaa

Teesson;Magaala Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Aanaa 13

Ijoon dhimmaa kootiis:Murtii lakkofsaa galmee Ta’ee irratti dhaddachaa guyyaa gaafa 30/9/2015 oleen
na irratti kennamee bu’uura s/d/f/s kew 6 tiin irraa deebi’aame akka naaf ilaalamuuf iyyataa bu’uura
s/d/f/s kew 20Stiin kakkudhaan degaramee dhiyateedha.

Tareen iyyataa kooti

Himata himataan/wamaamaan guyyaa gaafa 14/10/2014 barreeffameen himatamaan mana daldalaa


koo lafa baliinni isaa 49.88km’ ta’e Magaala Mattuu Ganda Qoolloo Kormaa keessa qabu irraa Kallattii
Lixaatiin lafa Dalgii isaa 2m/meetira lama/hojjaan isaa 6m/meetiraa jaha/ waligalaatti Karee meetiraa
Sikuweerii 12/kudhal lama/ fi Kaabiinis daandii nugidduu jiru duchuudhaan lafa Dalgii isaa 2m/meetira
lama/ hojjaan isaa 6m/meetiraa jaha/ baiinnaa Karee meetiraa Sikuweerii 12/kudha lamaa/ waligalaatti
lafa Ballinnii isaa karee meetiraa 24/digamii afur/ na duraa qabatee mana koteenerii lama irratti ijaratee
jiru akka naaf gadhisuu jechudhaan na himateen wal qabate aniyyataan amma Ani qabiyyee
himatamaan irra kallatti Lixaatiinis ta’e Kallatii Kaabaatiin lafa himata jala dangaa darbe qabadhee hin
jiru, qaiyyeen Mannii Daldalaa Sayit pilaani lakkisaa §-22/89 ta’e kan himataan akka ragaatti dhiyyeesee
lafa karee metigaa 49.88 ta°e sababaa Daandii Aspaalitii Mattuu gara Magaalaa Goree Geessuu
hojjatamuutti bara 2001 fi bara 2002 keessaa sababaa daandii keessaa oleef Beenyaan kan itti
kaffallameef kan manni daldalichaa waan digameef laftii isaa jala hirratee malee ani qabiyyeen jala
qabadhee hin jiru kkf jedhee falmeen jira.

Haalumaa kanaan M/murtii jala nu falmisisce ijo dubbii qabamee keessa Lafa fallin itti ka’e kanaa
ilaalchisee dhugumaa sababaa Dandii Aspaaliti Mattuu Goree bara 2001 hanga 2002 hojjatamaa tureen
karaan jala hirisee beenyaan itti kaffallameera? Manni murtii bu’aa Oggeesii lafa lak 1051/x-1/2015
guyyaa gaafa 14/08/2'15 barreef irratti hunda’e

- jafa 22.735 km? akkan jala darbe qabadhee ibsuun qabiyyeen ko akkan gadhisuuf murteesee jira.

Murtii kana na irratti kennuuf ragaa ijoo ta’e kan manni murtii fudhaatee bu’aa ogeessa kana yammuu
ta’u Bu’aa ragaa oggeessa kana ilaalchisee ragaa sobaan dhiyatee ta’u cimsee kanaan mormee yoo ta’es
yeroo sanaatti ragaa dhimmaa kana fashaleesu danda’u argachuuf hin dandenyee, amma murtiin
kennamee amma oliyyannootti illee erga waliin falmiinee galmeen rawwii duraan cufamee turee akka
socha’u erga tasifamee booda ragaa

eooes

argadheera. Isaas akka armaan gadiitti dhiyyeefadheera.

Akkuma armaan olitti eeruuf yaalame waraqaa Qabiyyee ragaa abbaa qabeenyummaaa iddoo jakk
Galmee S-22/89 Galmeeffamee Maqaa Obbo Sabsib Xuruwuhaatiin galmeeffamee Magaala Mattuu
ganda Qoolloo Kormaa/ganda durii Ganda O3tiin beekamuu dangaan isaa galmee keessa jiru BManni
kun bara 1989 saayitpilaaniin kanitti kenname yemmu ta’u Bal’ inni karee meetira isaa 49.88 kan ta’e
dha. Manni kun Yemmuu Daandiin asfaaltii MattuuGoree diriirfamu bara 2000 hanga 2003 gidduu kan
ta’e kaareen isaa kun sababa daandii asfaaltii kanaaf karee meetira 26.50 kan ta’e irraa cituun manni
bal’inni karee isaa 49.88 ta’e yeroo daandiin bahee ka’e kanatti kaareemeetira 23.38 ta’uu utuu qabuu
utuu hin sirreeffamin akkuma duraaniitti taa’eera. Manni kun yeroo sanatti gatii karee tokko qarshii
2779.95 baay’ifamee qarshiin 73668.68 (kuma torbaatamii sadiif dhibba ja’aa fi jaatamii saddeet fi
saaantima jaatamii saddeet ) ta’e kana Abbaan qabeenyaan maqaan iddoo saayitii kanaaittiin jiru sun
yeroo sanatti biyya keessa waan hin jirreef Maqaa Abbaa isaanii obbo xuruwuhaa Mallaseetiin qarshiin
armaan olitti jedhame kun galii ta’ee tureera. Haata’u malee yeroo ammaa kana warri qabeenya kanaa
icitii kana hunda dhoksuudhaan karee meetira bara 1989 kenname beenyaa mootummaaitti nyaatanii
utuu jiranuu sobaan raga sobaa qindeessanii sandaa beenyaa itti fudhataani galmee keessa milksaani,
akkasumas ogeessa waajjira lafaa Dogogorsaani mana kanatti

beenyaan hin nyaatamne jechuudhaan mana murtiitti deebii kennuu danda’aniiru. Ogeessi

kun ragaa yeroo sana beenyaan itti nyaatamee ture utuu adda hin baafatin akkasumas -

beenyaan kenname kunis maqaa obbo Sabsib xuruwuhaatiin waan hin jirreef utuu saayitii iddootiin adda
baafachuu danda’anuu sobaan akka waan beenyaan itti hin kaffalamnetti deebiiisaan kennaniin Manni
murtiii illee sababaa bu’aan kun isaa Dogogorseef Murtii

kenneeraa, Kanaafu Ragaan bu’aan Waijjira lafa irra dhufee lafa ammaa sababaa falmii Cc

ta’e kanatti beenyaa sababaa dandiitiin Laftii Karee Meetirii 26.5 hirrachuu isaa barrecfamee jiraratectti
Lafa himata dangaa darbitee Lafa karce meetiraa 22 jala

qabateetaa gadhisii jedhee natti hin murteesuu turee.

Ammaa immo ergaa murtiin kennamee Mana Murtiiti ol’aanati illee walfalminee Booda galmee rawwii
deebi’ee Yammuu Sochawuuf rawwachuuf yammuu jedhuutti lafa Karee Meetiraa 49.8 obbo Sabsibii
qabanuu kana irratti Laftii karee Meetirii 26.5 irratti benyaan qarshii73668/kuma torbatamii sadiif
dhibbaa jahai jatamii saddeet/ itti maqaa bakka bu’aa/abbaa isaa/ obbo Xuruhaa Mallasiin itti
kaffalamee kan turee ta’u ragaa sandaafi

ragaa nama argannee jira. Kanaafi : aaffi seerumaa kaba’amaa Mana Murtii kana :aaffannu

Murtii galmee lakk 30482 ta’e dhaddachaa guyyaa gaafa 30/9/2015 kabajamee oleen kennamee
sababaa ragaa sandaa beenyaan manaaf. lafa falmiif kaasee kun itti kaffallamee galmee keessaa
dhoksaadhaan nama hin beckamneen akka dhoksamuu tasifameef kana malees beektootaafi koree
shallagii beenyaa yeroo Aspaltii mattuu Goree hojjatamuutti beenyaa shallagaa turaani Wajjirii Lafa osoo
beeku ykn beeku qabu nama seenaa manaafi lafa falmii sababaa kaasee kana hin beeknee akka
beektootatti fayyadamuun lafaaf Mana kanaatti beenyaa kaffallamee hin jiru sababaa karaattin laftii
himataa jala hin hiraannee jechudhaan ani immo Lafa darba qabachuu koo illee osoo hin ibsiin bu’aa
Ogeessaa dhugaa hin qabaanneef sobaatiin dogogoraa qabu Mana Murtiiti dhiyyeesaani Murtii haga koo
dhokuseef midhee na irratti darbeera waan ta’ef ragaa murtii booda erga rawwiin deebi’ee socho’ee
kanaan argadhee jiru kana fudhee irra deebiin akka ilaalee murtii duraan kennamee naaf haquuf iyyataa
koo kabajamaa mana murtii kanaatti

dhiyyeefadheera.

Jyyaannii koo kun dhugaa ta’u isaa bu’uura s/d/f/s kew 20Stiin kakkudhaan degarce

bu’uura 92(1)tiin mirkaneesse dhiyyeefadheera.

WI

Cc

ta’e kanatti beenyaa sababaa dandiitiin Laftii Karee Meetirii 26.5 hirrachuu isaa barrecfamee jiraratectti
Lafa himata dangaa darbitee Lafa karce meetiraa 22 jala

qabateetaa gadhisii jedhee natti hin murteesuu turee.

Ammaa immo ergaa murtiin kennamee Mana Murtiiti ol’aanati illee walfalminee Booda galmee rawwii
deebi’ee Yammuu Sochawuuf rawwachuuf yammuu jedhuutti lafa Karee Meetiraa 49.8 obbo Sabsibii
qabanuu kana irratti Laftii karee Meetirii 26.5 irratti benyaan qarshii73668/kuma torbatamii sadiif
dhibbaa jahai jatamii saddeet/ itti maqaa bakka bu’aa/abbaa isaa/ obbo Xuruhaa Mallasiin itti
kaffalamee kan turee ta’u ragaa sandaafi
ragaa nama argannee jira. Kanaafi : aaffi seerumaa kaba’amaa Mana Murtii kana :aaffannu

Murtii galmee lakk 30482 ta’e dhaddachaa guyyaa gaafa 30/9/2015 kabajamee oleen kennamee
sababaa ragaa sandaa beenyaan manaaf. lafa falmiif kaasee kun itti kaffallamee galmee keessaa
dhoksaadhaan nama hin beckamneen akka dhoksamuu tasifameef kana malees beektootaafi koree
shallagii beenyaa yeroo Aspaltii mattuu Goree hojjatamuutti beenyaa shallagaa turaani Wajjirii Lafa osoo
beeku ykn beeku qabu nama seenaa manaafi lafa falmii sababaa kaasee kana hin beeknee akka
beektootatti fayyadamuun lafaaf Mana kanaatti beenyaa kaffallamee hin jiru sababaa karaattin laftii
himataa jala hin hiraannee jechudhaan ani immo Lafa darba qabachuu koo illee osoo hin ibsiin bu’aa
Ogeessaa dhugaa hin qabaanneef sobaatiin dogogoraa qabu Mana Murtiiti dhiyyeesaani Murtii haga koo
dhokuseef midhee na irratti darbeera waan ta’ef ragaa murtii booda erga rawwiin deebi’ee socho’ee
kanaan argadhee jiru kana fudhee irra deebiin akka ilaalee murtii duraan kennamee naaf haquuf iyyataa
koo kabajamaa mana murtii kanaatti

dhiyyeefadheera.

Jyyaannii koo kun dhugaa ta’u isaa bu’uura s/d/f/s kew 20Stiin kakkudhaan degarce

bu’uura 92(1)tiin mirkaneesse dhiyyeefadheera.

WI

se ee

Guyyaa:~ 15/04/2016 Mana Murtii Aanaa Mattuu tiif


Mattuu lyyataan: - Obbo Maburuk Badiruu ----Teessoon: Magaalaa Mattuu, Ganda Qoolloo Kormaa
Abukaatoon: Kaasahuun Amiid Waamamaan: - Obbo Sebsib Xiruwuhaa--Teessoon: Finfinnee, kutaa
Mag./Kolfee, Aanaa 13 Abukaatoon: Guutamaa Waldee fi Misgaanuu Qaabataa Murtiin Lakk. Galmee
30482 ta’e irratti dhaddacha ‘aa a 30/09/2015 ooleen kenname irra deebi’uun ilaalamuu ‘aaachuu
‘edhamee i ata ‘aaa _ 01/04/2016 barraa’e irratti deebii barree j amaa ‘ama waamamaan bu’uura
S/D/F/S Kwt. 234 tiin dhi aate dha.

> Lakk. Galmee: 30482 > lyyaticha irratti mormii sadarkaa duraa fi tarree deebii koo haala itti aanuun
kabajaan dhiyeeffadheera;

Mormii Sadarkaa Duraa:

lyyatni dhiyaate sababa daandiin asfaaltii bara 2001 fi bara 2002 keessa hojjetame qabiyyee lafaa koo
(ana waamamaa) jalaa kuteef lafti koo kan hir’ate ta’ee osoo jiruu murtiin kenname sirrii miti irraa
deebi’ee naaf ilaalamuu qaba kan jedhu yommuu ta’u, qabxii kana ilaalchisee daandiin asfaaltii kallattii
Bahaa qabiyyee koon kan jiru ta’uu himatni ani duraan dhiyeeffadhe kan hubachiisu ta’ee iyyataan
ammaa immoo daangaa koo kallattii Lixaa fi Kaabaan bara 2008 tii asitti darbuun kallattii Kaabaan
daandii miillaa nu jidduu jiru irra darbee dhufee daandii sana balleessee qabiyyee lafaa koo ani bu’uura
manaa dhagaa fi simmintoon buusee akka barandaatti ’ (“veranda”) irra sheedii (konteenarii) isaa fidee
kan dhaabee jiru ta’uu fi Kallattii Kaabaanis daangaa beekamaa qabiyyee lafaa duwwaa ta’e ani
hambifadhee jiru bira darbuun qabiyyee lafaa koo irratti mana sheedii kan ijaare ta’uun akkasumas
manni sheedii daangaan darbamee ijaarame kun illee ijaan adda bahee sirriidhumatti kan beekamuu fi
mul’atu ta’uu ragaan namaa fi ogeessaa mirkaneessuun kan naaf murtaa’e dha. Murtii M/Murtii Aanaa
Mattuu kenne kana irrattis iyyataan kun ol’iyyannoo fudhachuun komiidhuma kana M/Murtii Ol’aanaa
Godina I/A/Boor tti Galmee Lakk. 42794 ta’e irratti dhiyeeffachuun murtii dhaddacha gaafa 05/03/2016
ooleen kennameen murticha uula 29% 1 30% irratti xiinxala taasi amee ‘iruun kallattiin daan:aa na ‘alaa
darbamee kallattit Lixaa 1 Kaabaan ta’uun isaa 1 kan as aaltiin kutachuu danda’u immoo kallattii Bahaan
ta’uun isaa almiias aaltiin abi ee ana waamamaa waan kutee la ‘i isaa hir’ate ‘edhu almii kanaa
ro:'ummaa kan hin vabne ta’uun akkasumas la ti as aaltiin kutate ‘echuun is ataan kun almaa ‘iru narraa
uudhamee kan isaa kenname han:a hin | taanetti "almiidhuma akkas ‘edhu illee almuu i ataan kun kan
hin dandeen e ta’uun isaa

xiinxalamee_murtiin_ itti_kennamee_ kan jiru waan ta’eef iyyatni amma dhiyaate dhimma
M/Murtii Ol’aanaa Godina I/A/Boor tiin akka ijootti qabamee sirriitti xiinxalamee murtaa’ee

¥ rr ~~

deebii quubsaa argatee jiru waan ta’eef kabajamaan M/Murtii kun irra deebi’uun qabxiidhuma

kana ilaaluuf aangoo hin qabu, iyyataanis dhimma haala kanaan xiinxalamee falmii daangaa

qabiyyee koo darbuu ani dhiyyeffadhee naaf murtaa’ee jiru kanaaf rogummaa kan hin qabne

ta’uun isaa murtii xumuraa argatee jiru keessa deebi’uun akka ilaalamuuf gaafachuun isaa faallaa
S/D/F/S Kutt. 5 ta’uu isaatiin iyyatichi bu’uura S/D/F/S Kwt. 244 (2) (A), 245 (2) (B) fi 245 (2)

tiin kufaa naaf ta’uu qaba. Kabajamaan M/Murtii kun mormii koo bira yoo darbe, deebiin koo kan
armaan gadiiti;

I.

Tarreen Deebii Koo:lyyataan kun murtiin duraan kenname akka irra deebi’amee naaf ilaalami jechuun
iyyatni dhiyaate dantaa himannoo kan hin qabnee fi falmii daangaa qabiyyee koo darbuu murtiin irratti
naaf kennameetiif illee rogummaa kan hin qabne ta’uu isaatiin iyyatichi kufaa naaf

ta’uu qaba. Kunis ijoon falmii koo duraanii kan murtiin irratti naaf kennamee hanga M/Murtii

Ol’aanaa Godina I/A/Boor tti cimee jiru iyyataan ammaa kun qabiyyee lafaa koo daangaa kallattii
Kaabaan mallattoo daangaa beekamaa daandii miillaa nu jidduu jiru irra darbee dhufee daandii sana
balleessee barandaa mana koo ani bu’uura isaa dhagaa fi simmintoon buusee jiru irra mana konteenarii
isaa kan dhaabe ta’uu fi Kallattii Lixaanis lafa duwwaa ani boroo mana daldalaa kootii qabu na jalaa
sarbuun qabatee mana sheedii (konteenarii) kan irratti ijaare ta’uun quiqullaa’ee kan naaf murtaa’e
ta’ee falmichi haaluma kamiinuu kallattii Bahaa koo daandii asfaaltiin deebi’uun kan wal-qabatu miti
waan ta’eef dhimmi kallattii Bahaan lafti koo daandiin kutachuun isaa lafti koo daandiin kutates hin
jiruuf malee osuma ta’es dhimmichi falmii kanaaf rogummaa hin qabu, M/Murtii Ol’aanaa Godina
I/A/Boor illee qabxii kana xiinxalee murteesseera waan ta’eef mormiin amma dhiyaate fudhatama hin
qabu. Lafti koos qabiyyee durii koo waan ta’eef qabiyyee ani waggoota dheeraaf qabadhee kan koo
taasifachuun itti fayyadamaa ture iyyataan daangaa koo sarbuun na jalaa qabachuun isaa quiqullaa’ee
murtaa’eera waan ta’eef iyyatichi fudhatama hin qabu.

lyyatni dhiyaate illee ulaagaadhuma S/D/F/S Kwt. 6 kan guutu miti. Sababni isaas iyyataan kun gabaasa
gaafa 14/08/2015 barraa’e ajaja M/Murtiin dhiyaate gabaasa sobaan dhiyaate dha jechuun iyyata isaa
dhiyeeffachaa kan jiru ta’ee tumaan S/D/F/S Kwt. 6 garuu ragaalee walfalmitootni dhiyeeffatanii turaniif
malee dhimma ragaa ajaja M/Murtiin dhiyaate kan ilaallatu miti, ragaa namaa bifa haaraan
dhiyeeffachuu fi dhageessifachuuf iyyataa kana kan dandeessisus miti, iyyataan ragaa namaa qaba jedhu
dhiyeeffatee dhageessifatee kan jiru ta’ee ragaa namaa isaa amma jedhu haalli itti ani jalaa hambise hin
jiru, gabaasni yeroo sana

; inal

dhiyaates ragaa jiru irratti hundaa’uun kan dhiyaate ta’ee gabaasicha irratti haala kamiin fi

nama dhuunfaa ta’ee osoon jiruu hirmaannaa kamiin akkan sobaan gabaasa dhiyeessisuu danda’u osoo
hin ibsamiin haalli kun illee taasuma jiraachuu kan hin dandeenye ta’uun osoo hubatamuu, ragaa
beenyaa osoo jiraate waajjiruma ajajamanii gabaasa dhiyeessan sana keessaa argamuu kan danda’u ture
ta’uu M/Murtii Ol’aanaa Godina I/A/Boor illee xiinxalee murteessee jiru irratti iyyataan murtiin waan
naaf kennameef haaloodhuma qabachuun iyyata kana dhiyeeffachuun haqa koo lafarra harkisaa kan jiru
ta’ee murtiin naaf kennames ragaa namaa bitaa fi mirgaa akkasumas ragaalee barreeffamaa fi gabaasa
yeroo adda addaatti quiqullaa’ee dhiyaate bu’uureffateeti malee gabaasa sana qofa bu’uureffatee miti,
iyyataan ragaa namaa isaatiin illee daangaa kootti kan hin darbine ta’uu isaa waan hubachiifate hin qabu
waan ta’eef ragaan namaa fi barreeffamaa koo falmii ka’e waliin madaalamee iyyataan immoo ragaa
isaatiin waan hin fashaleessineef kan itti naaf murtaa’e ta’uu isaatiin iyyatichi kufaa naaf ta’uu qaba.

. lyyataan kun ragaa unka sahllaggii tilmaama beenyaa lafa hojii daandii asfaaltii Mattuu Goree agarsiisu
jechuun turjumaanaan hiikame kan dhiyeeffate lakkoofsa pirotookoolii (xalayaa) fi guyyaa kan hin qabne
ta’ee ragaan sun maqaa koo kan ibsus miti, maqaa abbaa koo Obbo Xiruwaa Mallas tiin kan jiru sunis
mana gamoo bilookeetii kan jedhu ta’ee qabiyyee lafaa amma falmiif sababa ta’e irratti ani gonkuma
gamoo ijaarees kanan hin turre dha waan ta’eef ragaa qabiyyee lafaa amma falmii kaase ibsu miti, bara
2001 hanga bara 2003 tti biyya keessa hin turre kan jedhu ani biyyuma keessan ture malee biyya alaa
bahees hin beeku, asuman ture malee iddoon deemes hin qabu, abbaan koo maqaa isaatiin qabiyyee fi
qabeenyaa koo irratti beenyaa naaf tilmaamsisuus ta’e naaf fuudhuus hin danda’u, ani abbaa koo bakka
buufachuu ragaan agarsiisu qaama aangoo qabuun mirkanaa’ees hin jiru waan ta’eef ragaan beenyaa
jedhame falmii kanaaf rogummaa tokkollee hin qabu. Abbaan koos gonkuma mallatteessee beenyaa kan
naaf tilmaamsisee fi qarshii beenyaa kan naaf fuudhe miti, ragaan dhiyaate sun illee mallattoo abbaa
koos kan qabu miti waan ta’eef mallattoo tokko malee beenyaan itti kaffalameera jechuun kan
danda’amu miti, ragaan kun dhuguma osoo qabiyyee lafaa koo amma falmii kaase irratti ta’e faayila koo
waajjira lafaa Magaalaa Mattuu keessaa dhiyaate keessaa kan argamu ture, lafti koos daandiin narraa
kutatee beenyaan kan itti naaf kaffalame | miti, iyyataan kun daangaa kootti darbuun isaas ragaa fi
beekolii naannoon quiqullaa’ee

murtaa’eera waan ta’eef iyyatichi kufaa naaf ta’uu qaba.

€.,“

4, Iyyataan kun ragaa beenyaa jedhu kana sobaan fi murtii naaf kenname haqa koo naaf mirkanaa’ee jiru
haaloo qabachuun haga koo Iafa irra harkisuuf kan dhiyeeffate ta’uu isaa caalaatti kan naaf mirkaneessu
immoo tyyataan kun karaa abukaatoo isaatiin M/Murtii Olaanaa Godina I/A/Boor tti ol’iyyannoo Galmee
Lakk. 42794 ta’e irratti erga dhiyeeffatee beellama falmii jechaa dhagahuuf gaafa 19/11/2015 Waaree
Dura Sa’aatii 4:00 tti qabamee jiru irraa hafuun galmeen ol’iyyannoo waan cufameef abukaatoon iyyataa
kanaa oflisera seeraa M/Murtii Aanaa Mattuu kanaa dogongorsuun ajaja dhaddachaa tokko malee ragaa
sobaa oolmaa M/Murtii Aanaa Mattuu jedhu akka waan abukaatoon iyyataa kanaa gaafa 19/11/2015
beellama M/Murtii Aanaa Mattuutii Galmee Lakk. 32427 ta’e irraa qabuutiif Waaree Dura sa’aatii 4:00
hanga 5:30 tti dhaddacha irra tureetti fakkeessuun barreessifachuun galmee ol’iyyannoo deebisee
sochoofatee booda dhimmichi soba ta’uun isaa qulqullaa’ee ofliserri gocha sana raawwates gumii
naamusaa fi ispeekshinii Godina J/A/Boor tiin baruma 2016 kana keessa adabamee kan jiru ta’ee iyyataa
fi abukaatoon isaa sababoota madaallii hin kaafnee fi sobaa adda addaa dhiyeessuun falmii koo lafarra
harkisaa turanii hanga M/Murtii OlPaanaa Godina I/A/Boor tti murtii cimee jiru irratti irruma deebi’uun
falmii kana dhiyeeffachuun isaanii haqummaa illee kan hin qabne, murtii naaf kenname raawwachuu irra
ammas haga koo murtiidhaan argadhee jiru garmalee lafarra harkisuuf yaadamee kan dhiyaate ta’uu
isaatiin murtiin duraan kennamee jiru naaf cimee iyyatichi kufaa naaf ta’uu qaba.
5. Iyyataan kun qabiyyeedhuma naannoo sanaa kallattii Lixaa fi Kaabaa kootiin qabatee jiru sanayyuu
daangaa mana mootummaa Labsii Lakk.47/1967 tiin nama biroo irraa dhaalamee jiru iyyataan seeraan
ala qabatee kan jiru malee qabiyyee lafaa seeraan beekame mirga argannaa lafaa seera qabeessa ta’een
argatee qabu tokkollee osoo hin qabaatiin ragaa gibiraa fi kaartaas tokkollee osoo hin qabaatiin gabiyyee
koos daangaa beekamaa na jalaa darbee Kallattii Kaabaa fi Lixaan itti seenee na jalaa qabatee ka’ee
falmii kana narratti dhiyeessuuf

dantaa hin gabu waan ta’eef iyyatni isaa kufaa naaf ta’uu qaba.

Kanaafuu, iyyatni falmii fi murtii kennameef rogummaa tokkollee osoo hin qabaatiin sobumaan
qindaa’uun dhiyaate kufaa naaf ta’uun murtiin kennamee jiru naaf cimuun akka naaf murtaa’u kabajaan
gaafachaa, iyyataan kun haaloo murtii naaf kennamee bahachuuf yaada hammeenyummaan guutamee
sababootuma madaallii hin kaafneen iyyata dhiyeeffachuun falmiif baasii hin malleef na saaxilaa kan jiru
ta’uu isaatiin baasii fi kisaaraa falmii kanaaf ani baase durgoo abukaatoo dabalatee baasii koof iyyataan
kun garshii gahaa ta’e akka naaf kaffaluuf akka itti naaf murtaa’u kabajaan gaafadha. Deebiin kun
bu’uura S/D/F/S Kwt. 92 (1) tiin dhugaa dha.

(murtii fuula 29_30)

jalaa hir’atee jiru ta’uun isaa kan mirkanaa’ee kan jiruu fi innis sababa ol’iyyataan ammaa kun daangaan
deebi-kennaa jalaa darbameef male, sababa daandiin asphaaltii ba’uutiin ta’uun isaa kan hin
mirakanoofnedha. Akkasumas illee daandiin asphaaltii illee kallattii himati sun caqaseen utuu hin taane,
kan inni ba’ee ture kallattii biraatiin ta’uu isaa himanni deebi-kennaan ammaa mana murtii jalaatti
dhiyeessan kan ibsuu fi daangaa wal-daangessanuun wal-qabatee illee ol’iyyataan ammaa mana murtii
jalaatti ifaan daangaan wal-daangessanu ilaalchisee, keessumaa daangaa kallattii ittiin daandiin
asphaaltii itti deebi-kennaa kana daangessuun wal-qabatee falmiin isaan ifaan kaasuun falmanii fi
mormii isaan daangaa caqasamee dhiyaate sana kallattiin

irratti xiyyeeffachuun geggeessanii jiran kan hin jirredha.

Himata deebi-kennaan ammaa mana murtii jalaatti dhiyeeffatee ture irraa immoo kan hubatamu
daangaan kallattii Aslphaatiin ba’e jedhame kun deebi-kennaa ammaa ittiin daangessu kallattii bahaatiin
akka ta’e ibsamee kan jirudha. Kana irratti mana murtii jalaatti ol’iyyataa ammaatiin ifatti falmiin ka’e
kan hin turredha. Erga asphaaltiin kallattii bahaatiin qabiyyee deebi-kennaa amma falmiif sababa ta’e
kana daangessa ta’eetii immoo, himanni mana murtii jalaatti deebikennaa ammaan dhiyaatee ture,
ol’iyyataan ammaa kan inni daangaa natti darbuun qabate kallattii lama (‘“‘kallattii lixaa fi kaabaatiin”)
kan jedhu waan ta’eef, falmii ol’iyyataan ammaa sababa daandii asphaaltiin ba’uutiin lafti deebi-kennaa
jalaa hir’ate male, ani sababa daangaa itti darbeef miti jechuun falmii isaan dhiyeeffatan kana dhimma
harkaa qabnu kanaaf falmii rogummaa hin qabne kan taasisudha. Waa’ee ragaa barruu kaartaa
dhiyaatee tureen wal-qabatee immoo qaamni dhimmichaaf rogummaa qabu bulchiisni lafaa dhimma
kana keessatti hirmaachuun akka qulqulleessu taasifamee kan turedha. Dhimma kanaan wal-qabatee
immoo qaamni rogummaa qabu ajajame kun immoo akka ibsetti, ragaa ykn faayila mana hojichaa keessa
Jiruun illee qabiyyeen lafaa kun deebi-kennaa ammaan beekamee kan jiru ta’uu isaa kan ibsee turedha,
Akkasumas kaartaan dhiyaatee ture sun kaartaa sirrii kan hin taane ta’uu isaa hin ibsine, bakka qaamni
ragaa barruu ykn kaartaa lafaa kana kennuuf rogummaa qabuu fi dhimmichas quiqulleessuu danda’u
ragaa kana fudhatama hin dhabsiisnetti immoo ragaan kun kufaadha fudhatama hin qabu wanti
jedhamuuf kan hin jirredh . Utuma ta’ees immoo manni murtii jalaa

Oe ae nar a Poe mo

ragaa namaa dhiyaatanii jecha ragummaa isaanii kennanii fi bu’aa waajjira dhimmichaaf rogummaa qaba
jedhe irraa erguun qulqulleeffatee kan turedha. Dabalataan illee yeroo dhimmi kun ajajamaa turetti
mana murtii jalaatiin ol’iyyataan ammaa falmii keessaa akka ba’uuf wanti ajajame kan hin turree fi
ol’iyyataan ammaa illee beellama isaanii duraa mana murtii jalaatti hordofataa kan turan kan ta’ee fi
gaafa dhimmi kun qulqullaa’u illee achitti argamuun dirqama isaanii kan ta’e ta’ee, erga falmii keessa
jiraatanii immoo ajajni kennamee ture sun kan quiqullaa’e qaamni ajajame sun utuu isaan hin waamin
dhokachuun kan qulqulleesse ta’uu isaa mana murtii jalaatti ibsachuun ragaadhaan hubachiisuu kan
qabanu ol’iyyataa kana kan ta’e ta’ee, oP iyyataan ajaja yeroo adda addaa mana murtii jalaatti ajajamaa
turee sababa gara garaan mormii o’iyyataan ammaa kaasan illee bu’uureffachuun kan irra deebiin
ajajamaa ture ta’ee, dhuma irratti bu’aan qulqullaa’ee kan dhiyaate ta’ee utuu jiruu, ol’iyyataan ammaa
kun guyyaa fi bakka dhimmichi itti qulqullaa’utti argamuun mirga isaanii hojii irra oolfachuu utuu
qabanuu, mirga isaanii kana hojii irra oolfachuu dhabuun, sababa quubsaa, kan manni murtii hubatuu fi
amanu kan bu’aan kun lafaa irra deebi’ee akka quiqullaa’uuf ajajichiisiisuu danda’u utuu hin dhiyeessin
akkasumaan bu’aa dhuma irratti dhiyaate ol’iyyataan mormuun isaanii fudhatama kan
qabaatu hin ta’u.

Dhimma lafa falmii kaase kanaan wal-qabatee beenyaan deebi-kennaa kanaaf kaffalamee jira isa
jedhame ilaalchisee immoo mana kanaaf beenyaaf deebi-kennaaf kaffalamee jiraachuu isaa ragaan irra
caalaan mirkaneesse kan hin turre ta’ee, utuma kan mirkaneessedha jedhameef iyyuu immoo mana
kanatti beenyaan kaffakamee seera qabeessaan kan deebi-kennaa ammaa harkaa fuudhamuun
ol’iyyataa ammaaf kenname ta’uun isaa gama ol’iyyataa ammaatiin falmiin ifatti ka’e kan hin jirree fi kan
hin hubachiifamne waan ta’eef, qaamni lafa kana dhaaluu fi beenyaa kaffaluuf aangoo qabu illee
waajjirootuma mana murtii jalaatiin akka dhimmicha quiqulleessanii dhiyeessaniif ajajamaa turan sana
waan ta’aniif, ragaan akka kanaa illee kan jira yoo ta’e waajjira isaanii keessaa kan argamuu danda’uu fi
gaaffii akka quiquileessaniif mana murtii jalaatiin ajajaman sana keessatti kan ibsan waan ta’eef, ragaan
illee kan taa’u sadarkaa

waajjiraatti male nama dhuunfaa harka waan hin taaneef, waajjirooleen ajajamanii fi

a at

You might also like