You are on page 1of 7

Page 1

CGuyyaa 23/09/2015

Mana turti Aaaa Matttn titt

attu

Himattootin 1faa Aadde Yashii Kidaanu....Teessoon Aanaa Mattuu Ganda Saarddo

211aa Aadde Baanchaayyehu Niggiruu...Teessoon Aanaa Mattuu Ganda Botoo

3taa Obbo Ababaa Niggiruu... Teeessoon Aanaa Mattu Ganda Botoo

4ttaa Aadde Baariituu Niggiruu...Teessoon Mag/Mattuu Ganda Qollo Kormmaa

B/Bu'aan Abukaatoo Shamssu Siraaj Fi Darajjee Bagqalaa

Hinatamttuun Aadde Galaanee Aagaa...Teessoon Aanaa Mattuu Gadna Botoo

GSeenaan Obbo Xilaahuun Abtee.

leessoon Aanaa Mattuu Ganda Saarddoo

M Murti iyyata kana fuudhee ilaalee murtii kennuuf angoo qaba.

Hmattootaaf himatamttuuf xalayaan waamichaa karaa teessoo Jaraatiin naal ga a.

Mata dureen G/Seenttummaa kootiis :- himatootaaf himatamttuun himata ashaakiltti bunaa lakka

2ffaa irratti caqasame Ashaakiltti bunaa heektaara 2/ama jiechuun gabiyyee koo walitti makani falmii

akka gulmee 32299/ irratti waan gaggeessaa jiranuuf G/Seenttummaa bu'uura SD/F/SILakka 41 tiin

Seenee qubirveen koo keessa akka naaf ba'u kabajaan ivyata koo dhiyeeffadha

Akkuma armaan olitti maqaaf teessoon koo armaan olitti caqasame jiru ashaakiltti sangaa 5/shan /ta'u

Aanaa Mattuu ganda Saarddoo keessatti argamu bakka addaa jaatani jedhamee beekamu gaafa guyyaa

9/6/1987 barreeffamaan naaf kennanii jennaan anis eenyummeessa lafa baadiyyaa lakka addaa 232/97
itti
baafadhee qabuuf gibira mootummaa itti gabbaraa jiru himattootaaf himatamttuun dugduuba koo falmii
mana

Imurtii Aanaa Mattuu kana irratti mirga tokko utuu irraa hin qabaatin qabiyyee koo walitti makuun kan

gaggeesSaa jiranu waan ta eef

qabiyyee Ashaakiltti bunaa lakka 2ffaa irratti caqasamee jiru ashaakiltti

bunaa heektaara 2/lama bakka jaatani jedhamutti argamu keessaa sangaan 5/shan/ kan dhuunfaa kootii
ta'ee

jiruuf daangaan isaa Bahaan Buna Obbo Biraanu Omboshaa Lixaan Obbo Kaasaahun Wandimmaageeny

Kibban Obbo Caanne Gadaamu Kaabaan Taagel Bulaa tiin daanga ee argamu jechuun dhiyeeffatam

dogongera kallattiin irra ga' amee ilaalamu inni sirrin Bahaan buna Obbo Niggiru Alamuu Lixaan buna
keessa Obbo Fufaa Dhibbisaa Kaabaan Daanddi Millaa Kibbaan Daanddi Miillaatiin daanga' ee argamu
kan dhuunfaa koo ta'e 5/shan/ ta'u walitti makuun falnmii waan gaggeessaa jiranuuf kabajamaan
M/Murti kun qabEyyee bunaa kana waggaa waggaan kan itti fayyadamaa jiruu mirga kan irraa qabu
anuma kanaafu gabiyyee koo kana falmi jaraa keessa naaf baasee akka naaf murteessu baasiif kasaaraa
sababa himata kanaaun narra ga e himattootaaf himatamttuun akka naaf katfalanu kabajaan iyyata
g/seenttummaa koo dhiyeefladha

yy anni koo kun dhugaa ta uu bu'uura S/D/F/S/Lakka 92 tiin nan mirkkaneessa

Page 2

Guyyaa 13/10/2015

Mana Murtii Aanaa Mattuu tiif

Mattuu

Himattoonni:--1ffaa Aadde Yeeshii Kidanuu-----Teessoon --Aamnaa Mattuu ganda Saardoo

2tfaa Aadde Baanchayyehu Niggiruu----- Teessoon :--Aamnaa Mattuu ganda Botoo

3ffaa Aadde Ababaa Niggiruu----- Teessoon--Aamnaa Mattuu ganda Botooo

4ffaa Aadde Baarituu Niggiruu----- Teessoon :--Magala Mattuu ganda Qolloo Kormaa

Himatamtuun:--Aadde Galanee Agaa-----Teessoon :--Aamnaa Mattuu ganda Boto0


Gidduu Senaan:--Obbo Xilahuun Abtee-----Teessoon :--Aamnaa Mattuu ganda Saardoo

Gidduu seenaan lyyataa gidduu seentummaa gaafa 23/9/2015 barra' een dhiyeefatee ilaalchisee

deebii himatootaa irra dhiyaatee

Deebi

Qabeenyaa ahsakiltii bunaa tilmamaan hektaraa 2(lama) ta'ee Aanaa Mattuu gandaa saardoo

bakka jaatanii jedhamuutti argamuu keessaa gaheen keenyaa nuuf qodamee nuuf hamurta uu

jechuun himatoonni tarree 2ffaa irraattii himatamtuu irattii dhiyeefataan kana keessaa Ashikiltii

bunaa sangaa 5 (shan) ta ee waligaltee gaafa 9/6/1987 barreeffameen abbaan mana himattuu

1ffaa fi himatamtuu ta ani fi abbaan hiamttoota 2ffaa hanga 4ffaa jiranuu obbo Niggiruu

Alamuu jedhamanuu amma lubbiin hin jirree naaf kennaniin enyumeessaa itti bafadhee gibiraa

mootummaa itti kaffalaa kanaan qabdhee jiruu fi qabeenyaa koo waan ta'eef gaareen walii

himataan mirgaa irra waan hin qabneef falmii jara keessaa naaf bahee akka naaf murta'uu

jechuun dhiyeefateef

1 Ashakiltiin bunaa ammaa falmii gidduu seenaa tiif ka' umsaa ta ee kun qabenyummaan isaa

kan gidduu seenaan kun naaf kennaan jedhee kan obbo Niggiruu Aalumuu qofaa utuu hin tanee

kan himattuu 1ffaa fi himatamtuus waan ta eef waantii kennamee hin jiruu maalee utuu

kennameeraaf ta' ee yuu gahee himattuu 1ffaa fi himatamtuu dabarsanii kennuu hin danda'anuu,

2, Obbo Nigiruu Aalmuu qabeenyaa hadha manootaa isaanii waliin qabanuu dhunfaatti kennuu

hin danda' anuu maalee utuma kana ala ta ee yuu gidduu senaan kuni maatii isanii mitii maalee

utuu maatii ta ee yuu gaalii lafichaa irra argamuun kun bulaa turee fi kan bulaa jiru waan hin

taneef kennaan qabeenyaa lafa badiyyaa waliin waliqabatee bu' uura labsii itti fayyadamaa lafa

badiyyaa oromiyaa lakk 130/1999 tiin waligaltee fallaa seeraa waan ta'eef kennaan jedhamee

kun fudhatama hin qabu.


Page 3

3 1Barreeflamaa waligaltee gaafa 09/6/1987 barreeffamee jechuun ibsaa ragaa tiin waliqabatee

dhiyaatee kun orjinaalii waliin dhiyaatee mirkana'uu kan qabuu ta' ee akkumaa jiruutti immoo

waligalteen kennaa gaafa 9/5/1987 barreeffamee jedhamee kana irra ashakiltiin bunaa kun kan

gidduu seenaa kanaaf kennamee utuu hin ta'iin gidduu seenaan kun ashakiltii bunaa kanattii

hojjetee waliin fayyadamnaa kan jedhudha.

4.Kara biraa immoo Barreeffamaa waligaltee kennaa kana irattii illee waligaltee fudhataanii

fudhachuu isaa illee mallattoo isaatiin hin mirkaneessinee.ragaan nagahee gibiraa ilaachisee kan

bara 2015 qofaa inni yuu egii himannii kun dhiyaatee kan argamee fi qabeenyaa amma falmiif

sababa ta eef kaffalamuu kan mirkaneessuu miti.

Kanaafuu gidduu seenaa kanaaf qabeenyii ashakiltii kan kennameef kan hin jirree

ragaan waligaltee barreeffamaa dhiyaatee illee sobaan qidda ee kan dhiyaatee fi barreeffamaa

duraa waliin turjumaannii kun illee kan ilaalamnee fi ragooti waligaltee barreffamaa kana irra

jiranuu illee amma kennamuuf akka ragaatti illee nama tokka kan hin dhiyeefannee fi ragootiin

barreeffamaa waligaltee irra jiranuu jedhamuu kun bayyeen jara nama barreessuu fi dubbisuu

kan hin dandeenyee ta' anii utuu jiranuu mallattoo hin dubifaneen malatteesanii jiruu jechuun

dhiyeessuun sabaan qida' ee kan dhiyaatee ta uu agrsisuun alattii kana ala ta' ee yuu waligaltee

kennaa qabeenyaa hadhaa mana waliin qabanuu dhunfaatti dabarsanii kennuu hin danda'anuu

jedhamee iyyati gidduu seenaan dhiyeefatee bu'uura s/d/f's kwt 33/2 tiin mirgaa irra hin qabuu

jedhamuu kufaa akka nuuf ta' uu kabajaan deebii keenyaa dhiyeefanna.

Kuniis dhuga ta' uu bu'uura s/d/f/s kwt 92/1 tiin ni mirkaneessina


Kanaafuu Seerummaan Ani Kaba‘amaa Mana Murtii Kana Gaafadhu

1. Himannaan Himattuun Narratti Dhiyeessite Deeggarsa Seeraa Hin Qabu Jedhamee Bu’uura SDFHH
Keewwata 33(2)(3) tiin Kufaa Akka Naaf Tahu Kabajaanan Gaafadha.

2. Himattuun Badii Tokko Malee Na Himatteef Baasiif Kisaaraadhaaf Na Saaxilteef Baasiif Kisaaraa Narra
Gaheef Akka Naaf Kaffaltuuf Akka Itti Naaf Murtaahu Kabajaanan Gaafadha.

Deebiin Ittisaa Ani Dhiyeeffadhe Dhugaa Tahuu Bu’uura SDFHH Keewwata 92 tiin Mallattoo Kootiin Nan
Mirkaneessa.

dhimma giddu seentummaa giddu seenaa 1ffaa ilaalchisee dhaddacha gaafa 13 10 2015 ooleen
hojjetameen iyyati isaa siirridhha jedhanii himatamtamtuu deebii utuu hin dhiyerffatabni hafaniiru.

Galmeen kan buleef qorachuuf ta’ee, haaluma kanaan galmeen qoratamee jira.akka galmee kana
qoarannetti Mormii sadarkaa duraa himattuu Iffaa irratti karaa himatamtuu tiin dhiyaate irratti falmiin
dhagahamee jira.mormiin ka’es himattuu Iffaan waggaa 42 dura dhirsa kootiin gargar baatee qabeenyaa
kana irraas mirga hin qabdu utuma mirga qabaatteeyyuu darbiinsa yerotiin daanga’a jedhanii jiru. Egaa
himattuun Iffaan kun haadha warraa Ob. Nigaatuu Alamuu ta’uu ragaan ibsu dhiyaatee waan jiruuf
qabeenyaa falmiif sababa ta’e kana irraa dantaa qabu moo hin qaban kan jedhu_ falmii haadhoo
keessatti dhimma adda bahu waan ta’eef Mormii sadarkaa duraa ka’e kufaa goonee falmii haadhootti |
darbuun barbaachisaa ta’ee jira. Erga kan armaan olii jennee booda Iyyataan Xilaahun Abtee jedhamu
dhimma falmii kaasee jiru kana keesa dantaa waanan qabyuuf gidduu seene akkan falmadhu naaf haa
eyyamamu jedhanii iyyata gaafa 23/09/2015 batrreeaa’e dhiyeeffatani jiru. kanaaf falmii utuu hin
dhagahin dura iyyata giddu seentummaa kana gorachuuun barbaachisaa ta’ee jira. kanaaf ajaja gadii
kenneera.
Ajaja lyyata giddu seentummaa dhiyaate gorachuuf gaafa 1/10/2015 waare booda sa’aatii 8:30 tti
beellameera. ae

Abbaa Murtii

Jamaal Gabree Himattoonni :1ffaa. Aadde Yashii Kidaanuu 2ftaa. Aadde Baanchaayyehu Niggiruu
3ffaa.Obbo Abbabaa Niggiruu Affaa.Aadde Baariituu Niggiruu Bakka bu‘aan:~Abukaatoo Shamsuu Siraaj
fi Darajjee Baqqalaa Abukaatoon obbo Shamsuu Siraaj dhiyaataniiru. Himatamtuun:--Aadde Galaanee
Aagaa Abukaatooon obbo Adimaasuu Nagaash dhiyaataniiru. Giddu seentonni 1ffaa obbo Xilaahuun
Abtee 2ffaa obbo Muluqan Eeliyaas Bakka buutuun aadde Buzunesh Niggiruu dhiyaataniiru.

Galmeen qorannoof bulee haaluma kanaan qoratamee jal murtiin kanaa gadii kennameera.

fal Murtii Jalmurtii kanaaf kan ka’usa ta’ee falmii qoodinsa qabeenyaa dhaalaa himattoonni gaafatanii
falmiirra jiru kana ilaalchisee ijoo dubbii irratti qabachuudhaan quiqulleessuun dirqama waan

ta’eef haala kanatti aanuun ijoon dubbii akka baafamu taasifameera. Kunis iffaa dhimma himattuu |
ffaatiin wal qabatee hariiroon gaa’ilaa isaanii obbo Niggiruu Alamuu waliin qaban

yoom addaan cite? 2ffaa yeroo hariiroon gaa’ilaa himattuu Iffaafi obbo Niggiruu Alamuu gidduu ture
addaan cite qabeenyaafi gabiyyeen jiru maal maal fa’aaturee ?

Maa - yeroo Hariiroon gaa’ilaa himattuu iffaafi obbo Niggiruu Alamuu gidduu ture addaan citetti
qabeenyaafi qabiyyeen himattuu Iffaan jira moo mitii ? yoo jiraate maal faa’adhaa
4ffaa himattoonni fi himatamtuu akkasumas ijoon obbo Niggiruu Alamuu yeroo

dhaaltummaan mirkanaa’etti qabeenyaan himannaaf sababa ta’e kana keessaa_ kan jarri : qooddatan
jira moo mitii yoo jiraatemmoo maal maal fa’aadhaa? Kan jedhu qulqulleessuuf

jecha ragaa bitaafi mirgaa dhiyeessanii dhaga’uun barbaachisaa waan ta’eef ajajni kanaa gadii

kennameera.

Ajaja

Ragaa bitaafi mirgaa dhaga’uuf beellamni gaafa 30/05/2016sa’a 3:30tti beellamameera.

Sababa beellama kanaaf jecha iddoo hojii kootii naannoo Wallaggaa Lixaatii waajjirri geejjibaa

ani keessa hojjedhu na gaafata waan ta’eef as ooluu kootiif ragaan naaf haa kennamu waan jedhaniif
haa barraa’uuf jedhameera.

wel

You might also like