You are on page 1of 2

Lakk______________________________

Guyyaa____________________________

Qaama Dhimmi isaa ilaaluu Hundaaf


B/J

Dhimmi isaa:-Deggersa kennuu ilaala.

Akkuma armaan oliitti ibsamuuf yaalameetti obbo Fiqiruu Biqilaa Aayyanaa kan
jedhaman Hojjetaa Waajjira Mallaqaa A/kiiramuu kan ta’an iyyata 30/10/2015
dhiyeeffataniin sababa yeroo adda adda Hoggansa irra hojjetaa turaniif rakkon
nageenyaa irra dedebi’ee mullachuu irran kan ka’ee akka rakkachaa jiranii fi Hatii
warra isaanii sababa dhukkubaan bakka manni yaalaa argamutti jijjiramanii
hojjechaa akka jiran ibsaa warqaan deggersaa akka kennamuuf gaafataniiru.

Haluma kanaan hojjetaa waajjira Mallaqaa Aanaa kiiramuu kan ta’an Obbo Fiqiruu
Biqilaa Aayyanaa kan jedhaman kun Hoggaansa garaa garaa irra hojjetaa yeroo
turanitti fedhii ,kaka’umsaan akkasumas hoggansa kenna turan keessatti ejjenno
fakkenyummaa qabuu fi gahee hoggansa irra barbaadamuu bahaa turaniiruu.

Yeroo amma kana mo maatii isaanii rakko dhukubaan irran kan ka’ee medikaalan
bakka mani yaalaa ga’aan ta’ee argamuutti jijjiramanii hojjechaa kan jiranii fi
rakko nageenyaa yeroo adda adda mul’achaa ture keessatti irra dedebi’amee
miidhaa irran ga’uuf yaaliin taasiifamaa tureera.

Kanaafuu hojii moottummaa itti kenne hojjechuuf kuttannoo olaanaa waan


qabaniif deggersa barbachiisaa ta’ee yoo taasiifameef kan morminee ta’uu
keenyaa kabajaan isin beeksiifna.

Nagaa Wajjin
G/G

 Obbo Fiqiruu Biqilaatiif

kiiramuu

You might also like