You are on page 1of 1

Qaama dhimmi isaa ilaaltuu Hundaaf

_dhimmi-isaa waa'ee kaafalti 35

Akkuma armaan olitti ibsamuf yalaametti maqaan keenya armaan gadiiti bareefmne jirruu gaafa guyyaa
1/7/2015 hangana ammaatti hojii kutaa modeela pharmacy hojeecha turuun keenya beekamadha
akkasumas yeero achii galutti Xalayyaa seera qabeessa kutaa hogganaa phaarmacytti nuuf kennameen
hojeecha turuun keenyaa akkuma beekkamu faayidaa achii jirus ta'e risk achitti mudaate wajjiin
hojjetanii achitti ramaddii fudhachuun hojjetee ji'a sadi sadiin fayyidaa achi argachaa fayyidaa kessaa
dhufu ykn hospitaala kessaa jiruu kamiyyuu akka hin arganne yoomuu ta'uu garuu hanga yoonatti
fayyidaa achi akka hin argeenefi kun immoo qajeelfama BEFO baase kan falleessuu sabaaba ta'ef
kafaltiin kun yeroo dhiyootti akka nuuf kafaalchistaan kabajaan isin gaafan

Maqaa warraa achii hojjette

1 kaliifa Takka

2 samuel bedhaso

3 laliisaa

4 dasu

5 zewditti

6. Bedhasaa

G/G kutaa itti gaafatama pharmacy HSKM

G/G kutaa BU/humna Nama

G/G Kutaa itti gaafatama HSKM

G/G medical director HSKM

Nagaa wajjin

You might also like