You are on page 1of 4

WAAJIRA

BULCHIINSA
MOOTUMM
AA
NAANNOO
OROMIYAAT
TI
WAAJIRA
MISOOMA
ALBUUDAA
GODINA
Walii galteen kun guyya 13//10/2015 irraa eegalee Abaa Tayitaa Misooma Albuudaa
GUJII
Godina Gujii LIXAA
Lixaa armaan booda Abbaa Tayitaa Eeyyama Kenne jedhamee kan
yaamamu waldaa Haya Simbirree armaan booda Kireeffataa jedhamee kan
FI
waamamu jiddutti kan godhamee dha.

KEEYYATA 1
WALDAA MIRGA KENNAA
HAYA
SIMBIRREE
Abbaan Tayitaa Eeyyama kennu akkaataa angoon Mootummaa ittiin kennamee fi
akkaataa waliigaltee kanaatti Haayyama Oomisha Albuudaa sadarkaa AADAA akka
danda`u kireeffataaf kennee jira.

KEEYYATA 2

LAFA BAKKA HAAYYAMAA

Lafti Bakka Haayyamaa balinni M2 10,000 Aanaa BULEE HORAA Ganda CARII
GOLOLCHAA

KEEYYATA 3

YEROO HAYYAMAA

1. Haayyamni kun guyyaan waliigalteen godhamerraa kaasee waggaa 1(Tokkoof)


kan tajaajilu ta`a. kireeffataan yeroo seeraan kaa`ame keessatti yo gaafatee fi
abbaan tayitaa eeyyama kenne irratti yoo walii gale waggaa isa itti aanuuf
haaromfachuu ni danda`a
2. Kireeffataan Haayyama fudhate guyyaa shan(5) keessatti ni eegala.

KEEYYATA 4

DIRQAMA KIREEFFATAA

1. Kireeffataan akkaataa woliigaltee kanaa labsii mootummaa qabeenya albuuda


Oromiyaa Lakk 223/2012 labsii hojiiwwan albuudaa lakk 678/2002
mootummaa federaalaa, labsii galii hojiiwwan Albuuda Oromiyaa Lakk
202/2009 fi qajeelfama albuudaa Oromiyaa 103/2011 akkasuma qajeelfama
abbaa tayitaa irraa kennamuun hojii isaa ni gaggeessa.

2. Kireeffataan akkaataa sagantaa hojii miiltoo fi waliigaltee kanan walqabsiifamee


argamutti hojii isaa ni raawwata.

3. Kireeffataan gurgurta dimshaasha albuuda oomishame irraa rooyaliitii


dhibbeentaa 4/Afur/ abbaa tayitaa eeyyama kennuuf ni kafala. Akkasumas
sochii raawwii hojii ji`a sadi sadiin abbaatayitaa eeyyama kennuuf ni dhiyeessa.
4. Kireeffataan bakka oomishi albuudaa irraa xumurame fuulduraaf deebi`ee
tajaajila kennuu akka danda`utti baallota qotaman cufuu mukoota ciraman
deebisee dhaabuu walumaa galatti hojii kuniinsa naannoo ni raawwata.

5. kireeffataan daandii konkolaataa iddoo haayyamni isaa deemuu ni kunuunsa


ni supha.

KEEYYATA 5
BEEKSISA
Beeksifni gaaffiiwwaan adda addaa fi qunnamtiin akkaataa waliigaltee kanaan
beekkamu hundi barreeffamaan teessoowwan armaan gadiitiin dhiyaatu
A) Teessoo Abbaa Tayitaa Hayyama Kennuu
Waajjira Misooma Albuuda Godina Gujii Lixaa
Lakk Bilbilaa +251464431325
B) Teessoon Kireeffataa
Aanaa B/HORAA Ganda Carii Gololchaa
Lakk 0954799899

KEEYYATA 6
GUYYAA WALIIGALTEEN KUN HOJIIRRA OOLU

Waliigalteen kun guyyaa abbaan tayitaa eeyyama kennuu fi kireeffataan


mallattoo fi chaappaa isaanii waliigaltee kanarra kaa`anii eegalee hojiirra oola.
Mallattoon woliigaltee kanaa guyyaa 13/10/2015 Lakk Waliigaltee kennaa
hayyamaa HOA 134 Bakka ragaan namni sadi/3/ argamanitti mallattaa`ee jira.

Abbaa Tayitaa Haayyama Kenne Kireeffataa

Maqaa____________________________
Maqaa_____________________ Mallattoo_________________________
Mallattoo_____________________ Guyyaa________________________
Guyyaa__________________________

Ragaale

1. Maqaa _____________________ Mallattoo_________________Guyyaa_______________


2. Maqaa _____________________ Mallattoo_________________Guyyaa_______________
3. Maqaa _____________________ Mallattoo_________________Guyyaa_______________

You might also like