You are on page 1of 24

1

Seensa
Barumsii biyyaa tokkoof bu’uuraa fi bakka bu’umsaa kan hin qabnee ta’uu
f gahee guddaa kan qabudha Kanaafuu mani barumisa kidaanamiraat
sad.1ffaa ergamaa mul'ataa fi galamawwan naannoo fi fedhii hawaasaa
giddugaleessa godhachuun raawwachaa turee jira. Biyyaa teenyaa
Itiyoophiyaa akka biyya tokkoottii toorii guddinaa filaatee keessatti
barumsaan alaattii dandiin itti milkaa’aan filaanoo biraa kan hin qabnee ta’uu
itti walgalamee jira . Maniiwwan akka biyyaatti irra gahuuf waliigalame
akkasumas toora xiyyeeffannaa galmawwan misooma fufiinsa qabuu
keessatti eeraman ka'umsa godhatee akka qophaa'u ta'ee
jira.Walumaagala, mul'ata biyyi keenya hawaasa dinagdee lammii
fooyessuuf qabdu dhugoomsuuf bu'uura akka buusuutti manii hiixataa waan
of-keessaa qabuuf kutannoo m/b fi dhimamttoota maraa kan gaafatu
ta'a.Waan kana ta’eef galmawwan, toora xiyyeefannoo, tarsiimoo fi kallattii
kaa’aman giddugaleessa godhachuun hundaa’ol kutannoo fi gahumsaan
humna raawwachisummaa dhimma kana galmaan gahu horachuun, baajata
haala barbaadamu ramaduun, hawaasa hirmaachisuun dhimma
xiyyeefannaan kennameefii dha.Kanaafis, raayyaa misooma barnootaa
ijaaruu, gurmeessuu, qindeessuu galmawwan kallattii kaa’ameen iftoomina
uumuun rakkoo raawwii, gurmaa’insa, ciicata, dandeettii fi ilaalchaan hudhaa
ta’an furuuf sosochii dhimmamtoota hunda waliin taasiisuun barbaachisaa
dha.

PMQB akka biyyaattii raawwaatamuu Imaammaata bu’uraa godhachun


mana barumsa Kidaanamirat Barreefamni kun boqonnaawwan lama kan
qabu yoo ta’u; boqonnaan duraa xiinxala raawwii bara darbe gaggeefamee
fi boqonnaan lammaffaa karoora waggaa bara 2010 of keessatti qabata.

2
Boqonnaa I

1. Haala Waliigala ka’umsaa mana barumisaa


1.1. Sakatta'insa hojii mana barumisaa keenyaa.
1.1.1. Sakatta'insa Mana Hojii
Mana barumisaa kidaanamiraat sad.1ffaa naannoo Oromiyaa GAONF
bulchiinsa magaalaa Sandaafaa bakkee gandaa 03 gooxii 6 keessaattii kan
argamudha. m/b kidaanaamiraat sad.1ffaa kan hundeeffamee hojjii
eegalee bara 2010.M/Barumsaaa qulqullinaa barnootaa eegsisuuf koree
addaa addaa hundeessuun akkaasumaasii karooraa adda addaa bafachuun
qulqullina barnootaa eegsisuuf itti deema jira .

Daree barnootaa keessaattii bara 2010 hiri daree gara barataa 1:50 kan
mijjeessuu.

Waligaala m/barumsaa yeroo ammaattii human nama qabu ilaalchisee


barsisootaa shan (5) fi barsiisota lama (2) deegartootaa qabate kan jirudha.

Barbaachisummaa karooricha

Akkumaa waligalaattii barumsi gara fuula duraattii gama


hawaasumaa,dinaagdee fi siyaasa jijjiraama dhufu bu’uurii barumsii
murteesaa dha .ka’uma kan godhachun biyyii keenyaa imaamman bocatee
itti deema jirtuu fi karooraa Tiraanisifoormeeshiin KGT 2 keessaatti lammii
barataa horachuuf bu’uura kan ta’eedha

Lammii ga’umsa fi dandeettii gaha qabu yoo hin horatamnee guddinaa


ariifachisaa fi saffisa barbaadamuu irraa gahamu hin danda’amu .

Kanaafuu kutaalee barnootaa hundaa keessaattii RMB ijaaruu fi


dhimaamitaa barnootaa hundaa waliin ta’uu sochii hawaasa dabaluun
PMQB arnoota mirkanneessuudha akka dandeenyuu gochuuf

3
 M/Barumsaa hawaata gochuu
 Haawasnii m/barumsicha abbumaan akka hoggaanaan fi itti
dhagahamuu gochu
 Barsiisonni leenjii waliin waliin cimsuun muxannoo wal-irraa
fudhachuu fi waljijjiiruu
 Kakka’umsaa fi fedhii cimaa barattotaa keessaattii akka dagaaguu
gochuu
 Wayitii barnoota akka hin mancaanee ,irraa deebii,fi harcaatii barataa

lakkoofsii hirisuun barataa kalaqaa fi waa humu danda’uu horachuu


dha

Kaayyoo (Objectives)
 Lammii naamusaa gaarii qabu fi dandeettiin badhaadhee
gahumsa qaban biyyaa ofii jaalatan dhaaluu danda’an fi
waa humuu danda’an horachu dha
 Naannoo mana barumsaa hawaataa fi mijaata gochuun
qabxii barataa fooyyeessuu.

Karoorichaa raawwachuuf tooftaalee rawwatamuu qabu


 Hojiilee mana barnootaa keessattii raawwaataman hirmaanaa
haawasattiin kan deegaramee ta’u qaba
 Mana barnootaa keessaa ijaarsaa jiraan(GMB) cimsuun fi gahee
isaan akka bahan gochuu
 Qaaama dhimaamtootaa barnootaa gaha ta’ee humuun isaan akka
gahee isaan bahan gochuu
 M/Barnootaa keenyaa keessaatti humnaa nama ,leeccaloo fi qarshii
seeran itti fayyadamu

4
1.2. Ergamaa fi Mul'ata

i. Ergama

 PMQB Sagantaa jahan hojii irraa oolchuu


 Mani barumisaa Kidaanaamirat sad.ffaa humna namaa fi leecalloo
barbaachisaa ta’e guutuun carraa barnootaa, walgitiinsi, qulqullinnii fi
ga’umsii isaa mirkanaa’e babal’isuu fi qorannoo fi qo’annoo irratti
hundaa’uun aadaa, seenaa fi afaan Oromoo dagaagsuu akkasumas
dhaabbilee barnootaa keessatti aadaan dimookraasii fi bulchiisni
gaariin akka babal’atu godha.

ii. Mul'ata

Bara 2012 Lammii baratee amala gaarii fi ga’umsa qabu akkasumas


duudhaalee dimookiraasii, misoomaa fi bulchiinsa gaarii gonfatee, daandii
haaromsaa jalqabame itti fufsiisuun biyya keenya sadarkaa biyyoota galii
giddu-galeessaa irraan ga’uu danda’u horatamee arguu.
iii. Sonawwan

Sagantaa misooma m/b keenyaa galmaan gahuuf, sonaawan armaan gadii


gonfachuun irraa eegama.
 Ittigaafatamummaa
 Kutannoo
 Hirmaachisummaa
 Ga’umsaa fi bu’a qabeessummaa
 Qulqullina
 Fakkeenyummaa
 Iftoomina
 Haqummaa
 Olaantummaa seeraa kabajuu
 Saayinsii fi kalaqa jajjabeessu

5
1.1.3. Ka'umsaa fi Kallatti Karoorichaa
i. Ka'umsa Karoorichaa

 Mul'ata akka biyyaa fi naannoo Oromiyaatti jiru


 Imaammata barnootaa fi leenjii biyya keenyaa
 Paakeejjii mirkaneeffannaa qulqullina barnootaa hojrra oolaa

2. Xiinxala Haalawwanii
2.1. Hojiiwwan Ijoo
2.1.1. Humna Raawwachisummaa
i. Haala Hoggansaa

korewwaan sadarkaa sadarkaan jiru RMB qindeessuun PMQB gahuumsaan


galmaan gahuuf calqabbiin gaarii irra jira. Haa ta'u malee rakkoolee
ilaalchaa,dandeetti fi dhiheessi m/b walqabatuun iddoo hundatti haala
walfakkaatuun sadarkaa barbaadamuun hikkachuu hin dandeenye.

kutannoon hojjachuu irratti ammasi darbee darbee hanqinni ni mul’ata.

ii. Haala Barsiisaa

Barsiisoonni M/Barumsaa bara kan eegaluu irraa kan ka’ee istaandardii kan
hin gune ta’uu isaa Barsiisonni PMQB hojii irraa olchuun muuxannoowwan
gaggarii babal’suun qulqullina barnoota mirkaneessu keessatti shoora
ol’aana akka taphatan ni beekama. Gama kanaan bara darbee keessa hojii
ilaalcha jijiiruu fi hubannoo uumuu hojeetamaa tureen fooya’insi dhufaa
waan jiruuf barsiisoonni qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahee isaan
irraa eegamu bahuu calqabaniiru. Haata’uu malee, rakkoolee hudhaalee
sadeen hojiirra oolmaa PMQBtiif gufuu ta’an keessaa guutummaatti hin
baane waan ta;eef darbee darbee harcaatiin nimul’ata.

6
iii. Haala Barataa

Barattoonnii M/B kidaanamiraat sad.1ffaa bara kan xiqqeenyaa yaa


qabataniyuu maleeBarattoonni bu’aa PMQB irra argamu hunda caala
fayyadamtoota akka ta’an ni beekama. Dhimma kana hubachuu fi garee
misoomaa fi tokko shaneen qidaa’anii karoora baafachuun qabxii ofii
fooyyeeffachuu, naamusa barataa hordoofuu fi sirreessuu, mana barnootaa
hawwataa gochuu keessatti hirmaannaan taasifamaa jiru kan nama
jajjabeessuudha.

iv. Haala Hawaasaa

Hawaasni Bulichinsaa Magalaa Sandaafaa Bakkee Gandaa 03 Gooxii 1,2


fi3 keessaa jiran fedhii fi kakka’uumsaa isaan qaban M/B naannoo isaanittii
akka banamuuf PMQB galmaan gahuudhaaf hubannoo bal’aa qabaatee
abbummaadhaan hojjiirra oolchuun irraa eegama.raawwaachaasii jiru

7
2.2. Qaacceessa Hojiiwwan Gurguddoo Bara 2009
2.2.1. Carraa Barnootaa Walgitinsa Qabu Babal'isuu (Access and
Equity)
2.2.1.2. Hirmannaa Barattootaa
M/B /Sadarkaa 1ffaa(1-4))

Kutaa Karooraa bara 2010

Dhi Dub Ida.

1 23 27 50
A/Amarra
a

1ffaa 8 12 20

A/Oromoo

2 24 26 50

3 22 28 50

4 27 23 50

1-4 104 116 220

8
2.2.3.Qulqullinaa Barnootaa Mirkaneessuu (Quality)
2.2.3.1. Paakeejjii Mirkaneeffannaa Qulqullina Barnootaa

Mana barumsaa kidaanaamiraat sad.1ffaa ijaarsii


hojjeettootaa fi barsiisoota akka armaan gadii kana ta’aa

T/L Sadarkaa kutaaleen saala Sadarkaa Baay’i


barumsaa nna
1 Kutaa 1 Dhi /Du Diploomii 1
2 Kutaa 2 Dhi /Du Diploomii 1

3 Kutaa3 Dhi /Du Diploomii 1

4 Kutaa4 Dhi /Du Diploomii 1

5 1-4 Dhi /Du Diploomii 4

6 D/B/M/B Dhi /Du Diploomii 1

7 Qulqulleessituu Dhi /Du Kutaa 8/10 1


8 Waardiyaa tokkoo Dhi /Du Kutaa 8fiolii 1
0 Ida’ama 7

9
IJAARSAA

DURAA BUTUU

Barsiisaa kutaa 1ffaa

Barsiisaa kutaa 2ffaa

Barsiisaa kutaa 3ffaa

Barsiisaa kutaa 4ffaa

Qulqulleessituu

Waardiyaa fi

Fakkii .1 Caasaa humnaa nama

10
Boqonnaa II:

Karoora Barnootaa Bara 2010 A.L.I


1. Haala Waliigalaa
1.1. Kaayyoo Waliigalaa
Guddina biyyi teenya galmeessiuun biyyoota galii giddugaleessa qabanatti
makamuuf karoorfate milkeessuf m/b kidaanamiraat sad.1ffaa iddoo
ol'aanaa qaba.. m/b kunbarnoota walgitiinsaa fi qulqullinni isaa mirkanaa’e
babal’isuudhaan lammii guddina biyyaa keessatti shoora isaa taphachuuf
gahumsaa fi ofitti amantaa gonfate horachuun dhimma murteessaadha.

1.2. Kallattii Karooraa


.
 Humna nama sadarkaa ol’aanaa fi gidddu galeessatti leenji’ee guddina
dinagdee biyyattiif gumaachuu danada’u horachuuf haala istaandaardii
biyyoota galii giddu galeessaa qabaniin barnoota waliigalaa (General
education) qulqullinnisaa eegame (Kutaa.1-4) lammii hundaan gahuu.
 Hojiiwwan barnootaa hunda ilaalchaawwan faallaa kaayyoo keenyaa
ta’an: kiraa sasabudmmaa, dhiphummaa, ofittummaa fi kkf
sakatta’uudhaan karaa dhabamsiisuu dandeenyuun deemuu. .

Raawwii karoora barnootaa keessatti barataan fi maatiin barattootaa


fayyadamoo akka ta’an keessattuu ,shamarran xiyyeeffannoo adda
haala itti argachuu danda’aniin hojjechuu.

 Qajeelfamoota kabajuu fi kabachiisuun dirqama qaama hundaa akka


ta’etti 1.3.Toora Xiyyeefannaa Barnootaa

1.3. Kaayyoo Gooree


1. lammii umriin isaa barnoota sadarkichaaf gahe hundaan ga’uu fi
qulqulinaa fi ga’umsa keessoo isaa eegsisuu,
2. Barnoota kutaa1-4 qulqulinni isaa mirkanaa’e lammii hundaan ga’uu,.,

11
3. Garaagarummaa hirmaannaa barnootaa gama korniyaa, iddoowwanii
fi daa’imman fedhii addaa qabaniin jiru dhiphisuun waligitiinsa carraa
barnootaa mirkaneessuu,.
2. Hojiwwan Ijoo fi Gurguddoo Bara 2010tti
Hojjeetaman
2.1. Hojiiwwan Ijoo
2.1.1. RMB damee sadan (mootummaa, ummata fi dhaaba) ijaaruu fi

cimsuun ergama isaanii akka ba’an gochuufi Abbootii qabeenyaa


waliin hojjeechuu .
2.1.2. TMGB_PMQB sadarkaa fooyya’een raawwachuu.

2.2.Humna raawwachiisummaa m/b Cimsuu.


Gochaalee Raawwataman (Activities):

 Dura bu’aa fi qaama mana barumsaa gaggeesuu cimaa rammaduu


 Qabxii mana hojeechisuu qopheessuun gadi buusuu.
 Qaamolee waltajjii gaggeessaniif orenteeshinii kennuu.
 Karoora ka'umsaa irratti hundaa'uun korewwaan sadarkaa sadarkaan
jiran karoora mataa isaanii akka qopheeffatan taasisuu,

Tooftaa Raawwii:

 Adda dureewwwan gurmaa'ina isaanii keessatti gahee adda


durummaa isaanii akka raawwatan gochuun.
 Karoora hanga nama dhuunfaatti baasuun gamaagamaa fi
madaallii gaggeessuun sadarkeessuun.
Bu'aa Eeggamu:
 Rakkooleen ilaalchaa, Dandeettii fi Dhiyeessii, barsiisota,
barattootaa fi maatii biratti mul’atan adda ba’ee beekamee,karoora
bara 2010 keessatti akka galteetti fayyadamuuf gargaare.

12
3. Hojiilee Gurguddoo Bara Hojii 2010 A.L.I
3.1. Carraa Barnootaa Walgitinsaa fi Gahumsa qabu
Babal’isuu (Toora Xiyyeefannaa)
3.1.1. Carraa Barnootaa Babal'isuu
3.1.1.1. Galmawwan Gurguddoo
Carraa barnootaa walgittiinsa qabu lammii hundaan ga’uun
wallaalummaa fi doofummaa biyya keenya keessaa balleessuuf kaayyoo
qabame dhugoomsiif bara 2010 keessatti maniiwwan bira gahamuuf
karoorfaman:
 Gahumsa barattootaa sirna barnootaa fi itti fayyadama qabeenyaa
qusataa, bu’a qabeessa fi saffisaa ta’e giddugaleessa godhate
fooyyeessuu
 Qisaasa’ina barnootaa fi barattootaa mana barnootaatiin ala ta’an
hambisuu

3.1.2. Walgitinsa Barnootaa (Educational Equity)


Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Shamarran maatiin isaanii harka qalleeyyii ta'anii fi kanneen sababa


adda addaatiin maatiin isaan irra hinjirreef deeggarsa maallaqaa fi
meeshaalee gochuu
 Seerri barnootaa mirkanaa'ee hojirra akka oolu gochuu fi hubannoo
qabsiisuu
 Barattootni dubaraa mana barumisaa keessatti akkaataa ittiin
hirmaatan diriirsuu fi jajjabeessuu
 m/b tasgabbaa'aa fi kan nama hin yaaddeessinee taasiisuu

13
3.1.3.Gahumsa Keessoo Barnootaa Fooyyeessuu (Internal Efficiency)

. Hojiiwwan Hojeettaman:

Sagantaa tuutoriyaalii iddoo fi sadarkaa hundatti diriirsuu


 Sirna hoggansaa fi bulchiinsa m/b fooyyeessuuf gargaaru diriirsuu

3.2. Sagantaalee Paakeejjii Mirkaneeffannaa Qulqullinaa Barnootaa

Barnoota qulqullinaa fi gahumsa qabu lammii hunda biraan gahuuf PMQB


sagantaalee jahan hammate qophaa’ee hojiirra ooluu jalqabee karoorri bara
2010 haala armaan gaditiin dhihaateera

3.2.1. Sagantaa Hoggansaa fi Gurmaa'ina Barnootaa

 Deeggarsaa fi hordoffii walittifufinsa qabu cimisuu. Hammattoo


sadarkaa guddina fooyya’insa qabxii fi naamusa barattootaa;
akkasumas ittigaafatamummaa waliin walsimsiisuun hojirra oolchuu

3.2.2. Sagantaa Misooma Barsiisotaa


Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Barsiisoota sadarkaa barumsaa eeguun qaacaruu
 Dabalii mindaa firii barataa giddugaleefate irratti hundaa’ee
gaggeessuu
 Filannoo fi foo'annoo barsiisotaa fedhii guddaa qabanii fi dubartoota
kan hirmaachise gochuun fooyyeessuu fi cimsuu

14
3.2.3. Sagantaa Fooyya’insa Mana Barnootaa (SFMB)

3.2.3.1. Baruu- Barsiisuu

 Qabxii barattootaa fooyyeessuu


 Barattootni kutaa barnoota hunda keessatti gosa barnoota saayinsii,
herregaa fi afaanotaa qormaata fi madaallii sadarkaa biyyoolessaatti
kennaman 50 % fi isaa ol galmeesiisiisuu

3.2.3.2. Haala Mijaataa Mana barumisaa Uumuu

 Mana meeshaa 1
 Daree barnootaa dabalataa 4 fi daree barnootaa haaluu dibuu
 Deeskii barattootaa 100
 Istaaffii barsiisota 1,
 Handhuura gabbisa barnootaa 1,
 Kutaa meeshaa 1

Tooftaa raawwii:

• Kanfaaltii barattootaa irraa barbaadamuu dabaluun


• Baajataa dhunfaa rammaduuf
• Koree GMB fi BBLG mana barumsaa waliin ta’uun kanfaaltii barattootaa
irraa funaanuu walittii qabun hojjeechuu

3.2.3.3.Hirmaannaa Hawaasaa
:
 Galii maatii barattoota irraa yeroon funanuu

3.2.3.4.Hoggansa fi Gurmaa'ina Mana barumisaa


 Qaamoota m/b hooggaanan hundaa waliin marii cimsuun deemuu

3.2.4. Sagantaa Fooyya'insa Sirna Barnootaa

15
Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Naamusni qormaataa akka eegamu koree hundessuu fi haalduree
qophii taasiisuu
 Madaallii walittifufaa fi qorumsa kennaman sirna hordoffii diriirsuun
mirkanaa'ee akka kennamu gochuu
 Haala kunuunsaa fi ittifayyadama kitaaba barattootaa, qabeenya
mana barumisa hordofuu fi deeggarsa kennuu
 Gaaffilee shaakalii gosaa barnootaabahe sadarkaa isaa eeggatee
qopheessuu barattootaa shakalchiisuu
 Qaacceessa qabxii barattootaa jijjirama amalaa fi gahumsa
barattootaa waliin kan simatu ta'uu xiinxaluu

3.2.5. Sagantaa Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii

Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Barattootni hundi daree isaanii keessatti dambii ittiin bulmaataa akka


qopheeffatan jajjabeessuu,hojiirra akka oolchan taasisuu

3.2.6. Sagantaa Babal'ina Teeknoolojii Qunnamitii Odeeffannoo


Barnootaa (ICT)

 Mana barumisaa kidaanamiraat sad.1ffaa tajaajila koomputaraan


akka argatan taasiisuu
 Mana barumisaa kidaanamiraat sad.1ffaa barnoota raadiyoo akka
argatan deeggarsa gochuu

16
Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Tamsa'ina sagantaa barnoota raadiyoo barsiisotaa fi barattoota


beeksiisuun yeroo isaa eeggatee akka hojjiirra oolu gochuu
 Gumii minimidiyaa m/b cimsuun gumiiwwan garagaraa ,barsiisotnii
fi barattootni barumsa akka dabarsan taasiisuu
 Barsiisotni fi hojjeettotni bulchiinsaa hundinuu hubannoo fi
dandeettii bu’uura koomputaraa horachuun ittif fayyadamtoota
akka ta’an gochuu .
 Barnootni raadiyoo tamsaasa guutuu akka kennu deeggaruu fi
hordofuu TV fi DVD fayyadamu

3.5.1.2. Hojiiwwan Hordoffii, Madaallii fi Duub-Deebii


Hojiiwwan Hojjataman:

1. Raawwii karoora hojii m/b kurmaana kurmaanaan madaaluun duub-


deebii kennuu.
2. Qophii fi hojii irra oolmaa karoora barnootaa irratti m/b barnootaa
daawwachuun gamaaggamuu, deeggaruu fi duub-deebii kennuu.

17
Tarsimoo Raawwii:

 Cheekliistii hordoffii qopheessuun hojiin haala karoorfameen


raawwachuu isaa hordofuun

3.5.1.4. Qophii, Hordoffii fi Duub-Deebii Baajataa:


Kaayyoo:
 Raawwii baajataa xiinxaluun baajeta hojii barumsaaf barbaachisu
haala walgitiinsa qabuun karoorsuun milkaa’ina hojii barumsaaf
haala mijeessuu.
Galma:
 Raawwii baajataa xiinxalamee itti fayyadama baajetaa irratti
hanqinaa fi cimina adda ba’ee hojii barnootaa fuula duraaf galtee ta’e
raawwii milkeessu.
 Gumii shamaaranii m/b keessaattii hundeessuun deggarsaafi
hordooffii gochu

18
Sagantaa Raawwii karoora Mana barumsa Akkadammii KIDAANAMIRAAT SADARKAA
1FFAA bara 2010

Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaa Kurma Qaamara

Karoorawagg
1ffaa 2ffaa na 3ffaa ana awwatu

Safartuu
4ffaa
A H F O S M A G B E C w
T.L

aa
Haaldureewwaan dursaa
raawwaataman
1 Kaalandaarii barnootaa fudhaachuu raabsuu lakk 1 1
2 Sagantaa barnoota kan waggaa qopheessuu Si’a 1 1

3 Barattootaa bulleeyyii fi barattootaa haaraa Si’aa 1 1


galmee eegaluu
4 Raammaaddii daree barnootaa gaggeessuu Si’aa 1 1

5 Barattootaa haaraa m/barumsaa galaan mars 1 1


qajeelfamaa fi danbii m/b waliin mari’aachuu

19
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaa Kurma Qaa

Karoorawaggaa
1ffaa 2ffaa na 3ffaa ana mara
aww
4ffaa

Safartuu
atu

A H F O S M A G B E C w
T.L

2 M/B keessaattii barnootaa


qulqulliinaa qabu kennamuu
issaa mirkaneeffachuu
2.1 Barattootnii m/b hundii gosaa Ji’aa 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
barumsaa hundaan qabxii 50% olii
akka fidaniif deegarsaa fi hordoof n
cimsu

2.2 Barattoonnii akkaa wayittii guyy


barnootaa hin mancaafnee
balfaanaa fi haftee hordoofuu a
2.3 Barsiisoonnii qabxii barattootaa torbe 40 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4
foyyeessuuf karooraa waggaa fi
guyyaa bafataan ittii fayyadamuu en
isaa hordoofoo
2.4 Waldorgommii barattootaa mars 2 1 1
keessaattii cimsuuf gaaffii fi deebii
gaggeessuu

2.5 Qorumsaa waligaa fi qorumsaa mars 4 1 1 1 1


kurmaanaa kennamuu isaa
hordoofuu

20
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaa Kurma Qaamara

Karoorawagg
1ffaa 2ffaa na 3ffaa ana awwatu

Safartuu
4ffaa
A H F O S M A G B E C w
T.L

aa
2.6 Sadarkaa hundaa irraattii karoorichii Si’aa 20 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
bahu isaa fi hojii irraa ooluu isaa
hordoofuu
2.7 Baruu fi barsiisuu milkeessuun barattoonnii mars 20 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
saayinsii fi herreegaa irraattii akka cinaan
hordofu

2.8 Adeemsaa baruu fi barsiisuu barsiisotaa Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


hordofuufi gamaggamuu
2.9 Barattootaa shamaraanii jajjabeessuu fi Si’a 5 1 1 1 1 1
deegarsaa gochuun hordoofii gochu.
2.10 Barsiisoonii hojii mana ,hojii daree fi hojee Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
gareekennu isaan hordooffuu fi deegaruu

3 Gahumsaa keessoo barnootaa


Mirkaanneessuu

3.1 Harcaattii barattootaa fi irraa deebii xiqaachu mars 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


hordofu

3.2 Barsiisoonnii fi maatii rakkoo mana barumsaa Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


irraattii mari’achuun ji’a ji’an furaa deemuu

21
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaan Kurmaa Qaamara

Karoorawag
1ffaa 2ffaa a 3ffaa na 4ffaa awwatu

Safartuu
A H F O S M A G B E C w

gaa
T.L

4 Qabeenyaa fayyadaa fihojii irraa oolchuu

4.1 Kitaaba barattootaa harkaa barataa akka mars 1 1


gahu gochuu

4.2 Mancaatii kitaaba barataa irraa gahu mars 4 1 1 1 1


sakkata’uu
5 Hirmaanaa Hawaasa olii guddisuu

5.1 Maatii barattotaa fi hawaasa biro waliin mars 4 1 1 1 1


marii gaggeessuu

6 Uwwisaa ragalee fi waliin gahinsaa


guddisuu

6.1 Qabxii barataa fooyyeessuuf M.W.Fufaa Si’a 4 1 1 1 1


kennuu

6.2 Ragaa fakkii fi footodhaan deegaramuu guyya


qindeessuu

22
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaan Kurmaan Qaamara

Karoorawag
1ffaa 2ffaa a 3ffaa a 4ffaa awwatu

Safartuu
A H F O S M A G B E C w

gaa
T.L

7 Tajjajilaa saffisaa fi Ariifachiisa kennu

7.1 Kurmaana kurmaana yaada fudhachaa furaa Si’a 4 1 1 1 1


deemu

23
BOQONNAA IV. XUMURA
4.1. Rakkoolee mudachuu dandaániif yaada furmaataa/kallattii
kaaáman.
Rakkoolee mudachuu dandaán (Sodaa)
 Hanqinaa Barsiisaa Istaandaardii guutee dhabamuu
 Hanqinaa daree barnootaa haala istaandardiittin
 Hanqina Bajaata
 Beekamtii WBBMSBakkee yeroon kennu dhabuun barattoota
yeroon galmeessuu dhabuu hirmaanaa barataa gadii bu’aa ta’uu
Yaada furmaataa/kallattii kaaáman.
 Kanfaaltii barattotaa ji’aa ji’aan yeroo eegan irraa funaanuu
 Rakkoo Barsiisootaa furuuf beeksiisaa iddoo adda addaa
baasuun qacaruu
 Haftee barattoota xiqqeessuuf RMB cimsuun maatii barattoota waliin
wilitti dhufeenyaan hojjechu.
 Maatii barattootaa fi koree mana barumsaa waliin dhiyyeenyaattii
argamuun mari’achuun rakkoo furaa deemuu
4.2. Hordoffii fi madaalli (Monitoring and Evaluation)
Hojiiwwan bara 2010 hojjeetamuuf karoorfaman haallii raawwii isaanii kan
madaallamu

Sirni hordoffii fi madaallii waliitti hidhaminsaa sadii(3) qaba .

1. Gabaasa
2. madaallii qaamaan argamuun raawwatamu fi
3. Supparvizyinii supp.CRC fiWBBMSB gaggeeffamuun

24

You might also like