You are on page 1of 1

10.

Cheekilistii Hordoffii hojirraa oolmaa Fooyya’nsa Qulqullina


Tajaajilaa fi qabiinsaa fi erginsa ragaa
Lakk Istaandaardoota guutamuu qaban Qabxii Mirkaneeffannaa Jira(1) Yaada
hinjir
u(0)
1 Buufatni Fayyichaa koree qulqullina  Gareen kutaalee adda addaa irraa
tajaajilaa hordofu fi gaabasa hundaa’ee jiraachuu isaa, seerri ittiin
qindeessu kutaalee adda addaa irraa bulmaataa garichaa jiraachuu,
walitti dhufan ni hundeessa. walgahii walirraa hincinnee
gaggeeffamuu isaa kan mirkaneessu
qaboon yaa’ii jiraachuu mirkaneessuu
2 Buufati Fayyichaa karoora fooyya’insa  Buufatni fayyichaa Karoora fooyya’insa
qulqullina tajaajilaa yeroodhaan kan qulqullina tajaajilaa kan ji’aa,
qoodame qabaachuu qaba. (ji’aan, kurmaanaa, ji’a 6 fi kan waggaa
kurmaanaan, ji’a 6 fi kan waggaa) jiraachuu ilaaluu. Gara kutaalee
hojiitti gadi bu’uu isaa fi itti
gaafatamaa waliin waliif mallatteessuu
isaanii mirkaneessuu
3 Buufatni Fayyichaa tooftaalee fi  Buufati Fayyichaa rakkoolee adeemsa
hojimaata fooyya’insa qulqullina fooyya’insa tajaajilaa keessatti isa
tajaajilaa keniinsa tajaajilaa rakkoo qunnaman, ka’umsa rakkoolee ,
olaanaa qaban fi filataman adda rakkoolee hiikuuf karoorfame fi yaada
baasuudhaadhan hojiirra ni olacha. furmaataa jiraachuu isaanii gaafachuu
fi ilaaluudhaan mirkaneessuu
4 Buufati Fayyichaa sirna ragaa fayyaa  Gabaasa buufatichaa kan ji’aa,
irratti akkaataa yeroo kaa’ameen kurmaanaa, ji’a 6 fi waggaa ilaalaaluu,
safartuulee agaarsiiftuu filataman qaboo yaa’ii waltajjii marii uummataa
sassaabuu fi xiinxaluudhaan fi hojjettootaa baasuudhaan ilaalanii
foyya’insa tajaajilaatiif ni olcha, mirkaneessuu
akkasumas qaama barbaachisuuf
yeroodhaan gaabaasas ni taasisa.

5 Itti quufinsa maamilaa fi safartuulee  Dokumantoota sakata’iinsi itti quufinsi


qulqullinaa kan biroo ni gaggeessa, ni maamilaa ittin gaggeeffame ilaaluu
xiinxala akkasumas fooyya’insa
qulqullina tajaajilaatiif ni fayyadama.
6 Buufata Fayyichaa tajaajilamtootaa fi  Buufatni Fayyaa tajaajila kennu irratti
Hawaasa hunda bifa hirmaachiseen Hawaasa waliin marii taasisuu isaa
sirna walgeettii tajaajila kennaa jiranii qaboo yaa’ii argisiisu ilaaluu
fooyyessuuf tarsiimoo adda addaatti  Sanadoota tarsiimoowwan tajaajila
fayyadamuun hojiirra ni oolcha fayyaa fooyyessuuf bahan ilaaluu

7 Buufatni Fayyichaa bifa muuxannoo  Waltajjii mooxannoo wal-jijjiiruu fi


gaggaarii giddu galeessa godhateen walirraa barachuu irratti qaboo yaa’ii
B/Fayyaa kan biro sadarkaa wal qabaman ilaaluu
fakkatu irra jiran waliin ta’uun sirna  Muuxannoo gaggaarii hojiirra oolchuuf
walirraa barachuu hojiirra ni oolcha. sirna hojimaataa qophaa’an ilaaluu

You might also like