You are on page 1of 7

WEF Godina Jimmaa Gabaasa Inisheetiivii haala wolii galaan

Lakk. Inisheetivoota Safartuu Yeroo itti Karoora Raawwii Rawwii Hanga


gabaafamu ammatti jiru

Dhaabbilee fayyaa ijaaru fi babal’isuun bu’uraalee


1 misooman guutuu
Pirojeektota buleeyyii Bara kana baajatni itti qabamee Ijaarsa
1.1 irra jiran Lakk Torbaniin 37 37 37
1.1.1 Kan Ijaarsi hin eegaliin jiru (#) Lakk Torbaniin 0 0 0
Baay'ina Xumuraman (Hub. Gosa Piroojektiin jalatti adda haa
1.1.2 ba'u) Lakk Torbaniin 37 7 7
1.1.3 Baay'ina Kan wal-harkaa fudhiinsi gaggeeffame Lakk Torbaniin 7 6 6
1.1.4 Baayi'na eebifamu danda'an(kan bara darbe ni dabalata) Lakk Torbaniin 29 29 29
1.1.5 Kan addaan cite(Hub. Sababni jalatti haa baraa'u) Lakk Torbaniin 1 1 1
1.2 Buufataalee fayyaa 164 ta’aniif bishaan diriirsuu
Pirojeektota buleeyyii Bara kana baajatni itti qabamee Ijaarsa
1.2.1 irra jiran Lakk Torbaniin 2 2 2
1.2.2 Kan Ijaarsi hin eegaliin jiru Lakk Torbaniin 0 0 0
1.2.3 Kan Xumuraman Lakk Torbaniin 0 0 0
1.2.4 Kan wal-harkaa fudhiinsi gaggeeffame Lakk Torbaniin 0 0 0
1.2.5 Baayi'na eebifamu danda'an(kan bara darbe ni dabalata) Lakk Torbaniin 0 0 0
1.2.6 Kan addaan cite(Hub. Sababni jalatti haa baraa'u) Lakk Torbaniin 0 0 0

Ijaarsa giddu gala yaalaa Kaansarii 2, Oxygen planta 4,


1.3 qorannoo addaa (speciality and imaging center) 4,
Hospitaala 2 (Shaakisoo, Loode Heexosaa) fi Kuusaa
Meeshaa 1, walumaa galatti 14 jalqabsiisuu (Befo Qofaaf) Lakk Torbaniin
1.3.1 Qophii dokuumeentii irra kan jiran Lakk Torbaniin 0 0 0
1.3.2 Kan Caal-baasirra jiran Lakk Torbaniin 0 0 0
1.3.4 Kan ijaarsi eegale Lakk Torbaniin 0 0 0
Sagantaa paakeejii ekisteenshinii fayyaa dhaloota 2ffaa hojii
2 irra oolchuu
2.1 Tokko-shanee ijaaruu Lakk Torbaniin 76281 12342 32420
2.2 Garee Misooma damee dubartootaa (RMDD) ijaaruu Lakk Torbaniin 15223 1254 8390
Ijaarsa Keellaa fayyaa dhaloota 2ffaa xumurame (hub kan 1.1.2
2.3 irraa hirifamee haa ta'u) Lakk Torbaniin 3 0 hunduu 80% oli
Sagantaa paakeejii Exteenshinii fayyaa dhaloota 2ffaa Keellota
2.4 fayyaa filatamaan keessatti jalqabsiisuu Lakk Ji'aan 146 88 122
2.5 Hirmaannaa hawaasatiin keellaa fayyaa suphisiisu Lakk Ji'aan 106 72 72
2.6 Ganda dirre irratti boba’uu irraa bilisa ta'e Lakk Ji'aan 24 229
Maneen barnootatti fayyadamuun hojii fayyaa (School
3 Health) hojirra oolchu
Baay'ina aanalee Rabsaa Albuuda Ayiraanii Shamarraniif
maneen barnoota keessatti akkataa qajeelfamaan kennuu
3.1 eegalanii lakk Ji'aan 21 0 0
Baay'ina shamarran talaallii ittisa kansarii fixee gadameessa
3.2 mana barnoota keessatti fudhatanii Lakk Ji'a jahaan 0 0
Baay'ina manneen barnoota ulaagaa ittisa fi to’annoo dhibee
3.3 COVID-19 guutuu fi hojiitti hiikanii Lakk Ji'aan 1248 38 1248
Baay'ina Koolejoota/yuuniveersitii tajaajila Karoora maatii
3.4 Koleejootaa eegalchisuu Lakk Ji'aan 123 0 0
4 Du’aatii haadholee fi daa’immanii hir’isuuf hojjachuu
3.1 Baayi'na BF tajaajila baqaqsanii yaaluu eegalan Lakk Torbaniin 2 0 0
Baay'ina BF bulchiinsa konkolaataa ambulaansii hojirra oolchan
(Hub. Qajeelfamni Biiroon ba'uun erga gad-darbee booda
3.2 gabaafama) Lakk Torbaniin 0% 0 0
3.3 Baay'ina BF tajaajila ciibsanii yaaluu eegalan Lakk Torbaniin 4 0 0

5 Sirna Kenniinsa Tajaajila Fayyaa Dhaabbilee fayyaa cimsuu


Baay'ina Hospitaalotaa hojii irra oolmaa tarkaanfii qulqullina
moora Hospitaalota, kenniinsa Tajaajila fayyaa si’ataa fi yeroo
5.1 isaa eggate “CATCH-IT” %85 oliin hojjiirra oolchan % Ji'aan 83% 60% 60%
Baay'ina Hospitaalotaa adda duree (lead ta'anii) walitti
5.1.1 hidhaminsaa qulqullinaaf hojiirra oolchan Lakk Ji'aan 16% 0% 16%
Lakk BF adda duree walitti hidhaminsa qulqullinaaf hojiirra
5.1.2 oolchan lakk Ji'aan 18% 0% 18%
Lakk KF adda duree walitti hidhaminsa qulqullinaaf hojiirra
5.1.3 oolchan lakk Ji'aan 0% 0% 0%
Lakk. Hoogansaa leenjii hooggansa (LMG) dhaabbilee fayyaa
5.3 fudhatanii lakk Ji'aan 4 0 3

Dhiyeessii meeshale yaala fi qorichaa Dhaabbilee fayyaa


6 fooyessuu
Baay'ina mana qoricha hawaasa (community pharmacy) hojii
6.1 eegale Lakk Torbaniin 2 0 0
Baay'ina Hospitaalotaa fi Buufta fayyaa bara kana sirna sosochii
bulchiinsa qorichaa itti gaafatamummaa fi iftoomina qabu
6.2 (APTS)) jalqabanii Lakk Ji'aan 2 0 0
Baay'ina dhaabbilee fayyaa bara kana sirna dhiyeessii qorichaa
ariifataa ”Quick win” hojii irra oolchun dhiyeessii qorichaa
6.3 murteessoo 90% irraan gahanii % Ji'aan 100% 33% 33%

Baay'ina giddu gala suphaa meeshaalee yaala(medical


6.4 equipment mainatance work shop) hojii eegalee(Biiroo waliin) Lakk Ji'aan 0 0 0

7 Sirna Faayinaansii fayyaa cimsuu

7.1 Galii keessoo buufata fayyaa fi hospitaalan sassaabame Qarshii Ji'aan 3894667 2806543 11226173
Baay'ina Buufata fayyaa fi hospitaalan Galii keessoo dabalataan
7.2 10% fii isaa ol sassaaban Lakk Ji'aan
Baay'ina aanalee fi magaalota inshuraansii fayyaa Hawaasaa
7.3 hundeessan Lakk Ji'aan 21 19 19
7.4 Abbaa warraa miseensa inshuraansii fayyaa Hawaasaa ta'an % Ji'aan 164918 11000 11000
Baay'ina aanaa/magaalaa maalaqa tajaajila harka qalleeyyii
7.5 akkaataa qajeelfamaan qaban Lakk Ji'aan 21 21 21
7.6 Hanga bajata harka qalleeyyidhaaf qabame Maallaqan Ji'aan 4947525 0 4431200
Baay'ina dhaabbilee fayyaa qajeelfama bulchiinsa dhaabbilee
7.7 fayyaa irra deebin foyya'e hojiirra oolchuu eegalan Lakk Ji'aan 128 128 100
Sirna Qabiinsa fi Itti-fayyadama Ragaa Fayyaa
8 Ammayyeessuu (Digitalization)
Baay'ina Keellaa fayyaa sirna odeeffannoo fayyaa Hawaasa
8.1 digitalize (e-CHIS eegalanii Lakk Ji'aan 80 80 80
Sirna qabiinsa fi itti fayyadama ragaa godinale, magaalota,
8.2 hospitaalota fi BF hunda keessatti digitalize taasisuu (DHIS2)
Godina Lakk Ji'aan 1 1 1
Aanaa Lakk Ji'aan 21 16 16
Hospitaala Lakk Ji'aan 6 5 83.3
8.2.1 Buufata fayyaa Lakk Ji'aan 120 94 78.3
Baay'ina aanaalee fi godinaalee sirna odeeffannoo hooggansaa fi
8.3 misooma qabeenya namaa (HRIS) hojiirra oolchuu eegalanii Lakk Ji'aan 21 0 0
Sirna bulchiinsa qabeenya seektara fayyaa digitalize (LMIS)
8.4 hojii irra oolchuu (Biiroo qofaaf) Lakk Ji'aan
Baay'ina ogeeyyii fayyaa sirna eeyyama ogummaa fayyaa (e-
8.5 licensing)'n gaafii dhiheeffatanii eeyyama argatan Lakk Ji'aan 321 168 168
9 Kenninsa tajaajilaa tola ooltummaa fayyaa cimsuu
9.1 Baay'ina Dhiiga walitti qabame (Unit) Unit Torbaniin 3807 208 4170
Baay'ina Dhiiga walitti qabame tilmaama qarshiidhaan (800
9.1.1 ETB/Unit) Qarshii Torbaniin 152000 166400 333600
Baay'ina namoota duula mooraa Hospitaala fi BF
9.2 qulqulleessisuu irratti hirmaatanii Lakk Torbaniin 300 105 200
Baay'ina Hospitaala fi BF duulan mooraa qulqulleessisan
9.2.1 tilmaama qarshitiin (200 ETB/Person) Qarshii Torbaniin 60000 21000 40000
Ashaara Magariisaa kunuunsuu/dhaabuu'f baay'ina nama
9.3 hirmaatee lakk Torbaniin 0
9.3.1 Ashaara Magariisaa kunuunsuu/dhaabuu tilmaama qarshiidhaan Qarshii Torbaniin 0
Kellaa fayyaa suphamee tilmaama qarshiidhaan (T.L 2.5 irratti
9.4 kan ibsame walsimuu qaba) Qarshii Ji'aan 3000000 3,237,719

Ijaarsa dallaa
kellaa fayyaa,
iddoo
wolhormaata
Tajaajila fayyaa tola ooltumaa kan biroo raawwatame bookee busaa
9.5 maqaan/akaakuun Akaakuu Ji'aan dhabamsiisuu
Baay'ina ooggeesota tajaajila fayyaa tola ooltumaaf raawwatame
9.5.1 irratti hirmaatanii Lakk Torbaniin 635 545 545
Baayi'ina ooggeesota tajaajila fayyaa tola ooltumaaf
9.5,2 raawwatame irratti hirmaatan tilmaama qarshii dhaan Qarshii Torbaniin 127000 109000 109000

Hubachiisa: 1. Qarshiin
hirmaannaa suphaa kellaa fayyaa hirmaannaa dhaabbilee miti mootummaa , hirmaanaa hawaasaa fi bajata mootummaan yoo ta'u
gatiin humnaa hawaasni ittiin hirmaate tilmaama keessa kan hin galledha, akkasumas Keellaa Fayyaa suphaman kun kurmaana
dabaan kessa kan raawwoteedha. 2. Ogeessooni fayyaa tola ooltummaa irratti kan
hirmaatan, dhiiga isaanii haadholii fi raayyaa ittisa biyyaaf arjoomuun, akkasumas, qulqullina mooraa hospitaalaa fi buufataalee
fayyaaf kellaa fayyaa irratti torbaniin altokko hirmaachuun ibsama 3. Giddu gala suphaa meeshaalee yaala(medical equipment
mainatance work shop) biiroo waliin osoo hin taane, kan dhunfaa isaanii , hospitaalonni godina keenyaa workshoppii qabu, garuu
akka godinatti workshoppin biiroo waliin hunda'ee hojii eegalee hin qabnu. garuu Ogeessonni Bio Medical aanaa gara aanaatti
sosochoo'uun raawwii ol'aanaa galmeessisaa jiru.
dsdfdg

You might also like