You are on page 1of 10

Memorandum of

Understanding (MOU)
Wajjira Daldalaa
Bulchinsa Magaalaa
Shaashamannee fi
Mana Maree Daldalaa
Fi Waldalee Seekteraa
Magaalaa
Shaashamannee
Bara Bajata 2015ttif
Qophaa’ee
Waxabajjii 25/2014

Memorandum of Understanding (MOU)

Wajjira Daldalaa Bulchinsa Magaalaa


Shaashamannee fi Mana Maree Daldalaa Fi
Waldalee Seekteraa Magaalaa Shaashamannee
Mana Maree Daldalaa Fi waldalee Seekteraa magaalaa
Shaashamannee Hojii waliin seekteroora (Wajjiralee ) qindoominaan
hojatu keessaa tokko fi ijoo tahe wajjira Daldalaa Bulchinsaa
Magaalaa Shaashamanneedha kananis yeroo Eduu afaanin kan
dubatamuufi karoora wagga waggadhaan karoorfamu keessa tokko
qindoominaa wajjiralee qoda fudhatoota waliin MOU waliin
mallatesuudhan hojii waliini waliin hojachuufi itti gafatamumaa
keenya waliin ba’ufi Qoda fudhatootni hundii hojii Daldalaa waliin
wal qabatee kanhojataniifi, wajjiralee mootummaas tahe dhaabbata
dhunfaa hundii kan hunda’e fi kaayyoo isaani wal fakkatadha kaayyoo
isaan keessaa akka fakkeenyatti yoo kasnee ,

A. Daldalaa Seera Qabeesaa ummuu


B. Galii Mootummaa Seeran akka galuu hojachuu
C. Rakkoo daldaltoota irraa gahu hikkufi haala mijawaa daldalaaf
ummu
D. Mirgaa ittifayyadamtoota eguu
E. Gabaa tasgabeesuu
F. Wallitti Hidhamiinsa Gabaa ummuu
G. Inveestimantti magaalicha akka babaldhatuu (dagaguu)
hojachuu
H. Daldalaa Hamaayeesuu
I. Leenjii Qajeelfama ,Danbii ,Labsii irraa hubbannoo Daldaltootaf
ummu
Akkuma asii oliitti hojiiwaan asii olii ilaluu yaleetti hundii
keenya yookiin bayyinani wajjiralee qoda fudhatoota hojiin
guyyaa guyyaan kan hojanuudha hojiiwan olii tuqaman
1. Wajjira Kantibaa Bul/magaalaa
2. Wajjira Daldalaa Bul/magaalaa
3. Abba Tayyitaa Galiiwwanii Bul/magaalaa
4. Wajjiraa Investimanttii Bul/magaalaa
5. Wajjiraa Mana Qoophesaa Bul/magaalaa
6. Mana Maree Daldalaa fi Waldalee Seekteraa Magaalaa
Shaashamannee hojii kan irraa bobbanee hojataa jira .
Hata’uu malee bara bajataa darbee hojiiwaan oliitti
tuqaman bara bajataa hojii hojanuu qabnu hanga wayii
qindoominan kan hojataman akka jiran tahe baldhinaan,
yeroo fi Bajataa keenyaa akkasummas hojii karoorfane
akka galman gahufi hojii irraa oluu jalqabaaf waliitti
dhufeenya keenya jabeesufi waligaltee waliin akka
Jalqabnu memorandum of understanding (MOU) wajjira
daldalaa bulchinsaa magaalaa shaashamannee akka walii
mallateesinuu MOU wajjira daldalaa waliin walii galtee kan
qopha’ee yoo tahu karoora waliin basuun hojii akka
hojatamuuf ka’umsaf nita’a.

Hojjii Waliin Hojatamuu

1. Daldaltootaf leenjiiwan adda adda


a) Labsiiwaan
b. Qajeelfamaa
c. Danbiiwan fi ittin bulmataa fi leenjiiwaan adda adda
daldaltootaf waggaa keessa yoo xiqqatee yeroo lamaa
waliin keenuu, bajataa fi leenjistoota waliin qopheesuu
fi walga’ii waliin qama dhimma ilaaltu waliin ta’udhan
kenuu
2. Miseensuuma Mana Maree Daldalaa fi Waldalee
Seekteraa Magaalaa shaashamannee akka guddatuu
hubbannoo ummuu fi jajjabesuu
3. Rakkowaan Isteeshinarii fi meeshalee adda adda hojii
irraatti qunamuu waliin mari’achuun furmata waliini
kenuu
4. Rakkowaan Daldaltoota wajjira Daldalaa waliin
qunamuu fi wajjiralee qodhaa fudhatoota waliin
tahudhan akka furmata hatatama itti kenamuu gochuu.
5. Hojii daldalaa hammayyesuuf wajjiralee qoda
fudhatoota waliin qindoominan hojachuu
6. Keninsaa tajajilaa foyyesuu
7. Gamagama hojii waliin ji’a sadiin yeroo tokko
manajimantti wajjiralee lamanin gamagamuu
8. Adeemsaa hojii miseensumaa guddisuu walqabaltee
gabasa waliin torbee torbeen abba adeemsaa keenaa
hayyamafi barreessa olaanaa mana mare waliin
gamagamuu rakkoo isaan olii qunamuu akka
manajimantti wajjiraa mana mare daldalaa fi waldalee
seekteraa mag/shaa/nnee fi Wajjiraa daldalaa
bulchinsaa magaalaa shaashamannee furmataa itti
kenuu dhiyyeesuu fi murtee itti kenamuu gochuu.

Hojiiwaan Mana Maree Daldalaa fi Waldalee Seekteraa


Magaalaa Shaashamannee Irraa Egamuu

 Rakkoowaan Loojistikaa fi Hojii hayyama daldalaa


walqabatee ummamu hikku yookiin akka fala argatuu gochuu.

 Miseensootaaf rakkoo isaan yeroo qunamuu akka isaanii


tahudhaan qamaa dhimma ilaalatu waliin hikku yookiin akka
hikkamu qama dhimma ilaaltutti dhiyyesuu fi hordoofuu

 Qarshii Miseensuma mana mare daldalaa fi waldalee


seektera argatuu irraa qarshii walii gala galii waggaa
keessaa parsantii 10% Wajjira Daldalaa Bulchinsaa
Magaalaatti hojii asii olii tuqamaanif akka leenjii keenuu,
Bitaa Meeshalee adda adda hojii daldaltoota walii fi keenaa
eyyamaa irraati qunamuu akka hikkatufi hojatoota wajjira
daldalaa hojii miseensuma gabisuu irraatti hojataniif
Durgoowaan kanfalamuu nii olchuu bajataa rammadee
akka hojii irraa oluu nitasisaa.

Hojiiwaan Wajjira Daldalaa Bul/Magaalaa


Shaashamannee Irraa Egamuu

1. Daldaltootaf leenjiiwan adda adda Labsiiwaan ,Qajeelfamaa fi


Danbii ittin bulmataa akkasumas leenjiiwaan adda adda
daldaltootaf waggaa keessa yeroo lamaa fi achii olii Mana
Mariicha waliin keenuu fi leenjistoota qopheesuu fi leenjii kenuu
.
2. Daldaltoota Magaalaa Shaashamannee guutuu miseensa Mana
Maree Daldalaa fi Waldalee magaalaa Shaashamannee akka
ta’an dirqamaa fudhachuudhan qajeelfamaa hojatoota wajjira
daldalaa bulchinsaa magaalaa shaashamannee aanaawan sadiin
jirani fi hojatoota mana maree magaalaattif kennuu ji’a ji’an
manajimatti mana maree daldalaa fi waldalee seekteraa
magaalaa shaashamannee fi wajjira daldalaa magaalaa
shaashamannee akka gamagamamu gochuu fi rakkoolee
qunaman waliin marii’achuun hikkuu gabasaa guyyaa shan
shaniin qindeesaa wirtuulee fi Barreessa Olanaa waliin jijjira
akka gamagaman fi rakkoo jira akka adda basan tasiisu fi
rakkoon ummame yoo argamee fala atatamaa akka argatuu
qajeelfama kenuu.
Yaada Guduunfaa

Akka magaalaa keenyatti wajjiraleen eduu waliin hojii wajjira


qindoominaan waliin hojanu fulaa duraaf MOU akkana qophessudhan
lakkofsa qodaa fudhatoota amma lama jalqabamee jiru guuddisuun
qoda fudhatoota akka magaalaa jiru hundaa akka dabalamanii fi
rakkolee daldalaa fi investimantti magaalaa keenya keessa
muldhatan karaa salphaa tahen akka hikkaman hojachuu fi rakkoo
keninsaa tajajilaa irra muldhatuu hirdhisuudhan rakkoo ummamu
dura qo’ana fi waliin hojachuudhan dursaa fala akka argatan gochu
nura egama.
Karaa birattin mana maree daldalaa fi waldalee seekteraa magaalaa
shaashamannee akka godinaa arsii lixaati tokkoffaa ta’e akka
naannootti sadarkaa jalqaba jjiran keessa jirachuu isaa fi akka
biyyatti hojii fi sochii guddaa hojatuu tokkotti waan isa irraa egamuu
ba’u danda’uu gochuuf qodni wajjiraa daldalaa bulchinsaa magaalaa
shaashamannee bayyee guddadhan kan yeroo jenuu hojii akka mana
marichaa hojatamuu cinaa bayyina miseensa dabaluufi daldalaan
hundii miseensa akka ta’u fi hojatootni mana mare daldalaa wajjira
daldalaa aanaa akka magaalaa jiran keessa bakka itti kenamee hojata
jiran akka itti fufaniifi qajeelfamaa xalaayaa biiroo daldalaa Oromiyaa
irraa barra’e daldalaan hundii miseensa mana maree daldalaa akka
ta’u fi mana mareewaan akka ciman deegarsaa haa godhamuuf akka
hojii irra oluu qajeelfamaa hojatoota wajjira daldalaa hundaaf kenuufi
hordoofi gochuu irraa egamaa manni marees rakkowaan akka
wajjirafi aanaatti ummamuf karaa humna bajata dhabuudhan jiratuu
karaa galii argatuu irraa parsantti kudhan (10%) wajjira daldalaa
bulchinsaa magaalaattif keenuudhan rakkoo isaa akka fala argatuu
irraa egamaa.
Akkataa hordoofi fi gamagama ilaalchisee namoota lama karaa
wajjiraa lamani irraa Abba Adeemsa galmeessaa fi hayyamaa daldalaa
wajjira daldalaa irraa fi barreessa olaanaa mana mare irraa gabasaa
torbee torbeen aanaa sadii irraa fudhachuudhan walbira laluufi ji’an
manajimantti wajjira lamanif dhiyyeessudhan walga’ii niadeemsifama
walga’iin boda rakkoo yoo jiratee akka hikkamu nitasifamaa fulaa
durattif qajeelchaa hojii nika’ama.
Hojatootni ,Hogantoota fi miseensa boordii mana maree daldalaa fi
waldalee seekteraa magaalaa fi wajjiraa daldalaa bulchinsaa
magaalaa shaashamannee akkataa waliigaltee asii olii ibsameen
dirqamaa nuf kenamee ba’uf mallattoo keenyan nimirkanesinaa

Hirmatoota walga’ii MOU bara bajataa 2015 irraa argamanii


Maqaa Wajjiraa Mallattoo
1. ________________________________________________
__________________________ ____________
2. ________________________________________________
__________________________ ____________
3. ________________________________________________
__________________________ ____________
4. ________________________________________________
__________________________ ____________
5. ________________________________________________
__________________________ ____________
6. ________________________________________________
__________________________ ____________
7. ________________________________________________
__________________________ ____________
8. ________________________________________________
__________________________ ____________
9. ________________________________________________
__________________________ ____________
10. ________________________________________________
__________________________ ____________
11. ________________________________________________
__________________________ ____________
12. ________________________________________________
__________________________ ____________
13. ________________________________________________
__________________________ ____________
14. ________________________________________________
__________________________ ____________
15. _________________________________________________
__________________________ ____________
16. ________________________________________________
__________________________ ____________
17. ________________________________________________
__________________________ ____________
18. _________________________________________________
__________________________ ____________

Chaapaa Wajjira Daldalaa Chaapaa Wajjira MMDWSshaannee

You might also like