You are on page 1of 18

Gabaasa ji`a jaha kan

wajj/Gejj/ A/Shanan
Dhuuggoo

Bara 2014
SEENSA
Abbaan Taayitaa Geejjiba Anaa shanan dhuuggoo misooma Aniichaa keessatti gaggeeffamaa jiru saffisiisuu
fi Immaamataa fi Tarsimoowwan mootummaan keenyaa gama Misoomaa, Bulchiinsa gaarii fi ijaarsa sirna
Diimookraasii dagaagsuutiin walqabatee jiruu dhugomsuu fi kaayyoo, Ergamaa fi Mul’ata mana hojichaa
milkeessuuf karoora Bara 2014 qopheessee hojiitti hiikuudhaan Tajaajjila geejjibaa keenyaa Dhaqabamaa,
haaqa qabeesaa, nageenyumaan isaa eeggamee fi Ummatni sadarkaa sadarkaadhaan irraa fayyadamaa ta’ee
mirkaneesuuf hojjechaa ture jira..
Waggaa dabrbe keessatti sochiiwwaan gaggeefama turaniinis Tajaajilli geejjibaa fedhii tajajilaamtotaa guutee
akka dhiyatuu tasiisu irratti xiyyeefachuudhaan bu’aa argameen UummataAnaa keenyaa fi kan biroo gama
Geejjibaatiin fayyadamaa taasisee jira.
Raawwii karoora (bara 2013) xinxaluudhan,hordoffii gaggeefamen akka galteetti fayyadamuudhan
akkasumas tarsimoowwan misooma geejjiba fi haala qabatamaa Anaa amma jiru ka’umsaa godhachuudhaan,
Karoorri bara 2014 kun akka Abbaa Taayitaa Geejjiba A/shanan dhuuggoo qophaa’ee jira.
Haala Waliigala Anaa keenyaa
Anaa Shana dhuuggoo kallattii Baha Anaa malkaa balloo lixaan anaa Gamachiis
Kibbaan anaa xulloo kabbaa malkaa balloo balli’ina lafaa ) irratti diriiree kan argamuu tahe kan
waldaangessa.
Magaalaa guddoo fi shananii Godinichaairraa magaalli shanaii ciroo irraa gara Bahaatti km72 fagaattee
daandii cirrachaa guddaa Harar, Dirree Dawaa fi Jijjiga deemu irraa gara bahatti argamti.
Haalli caaseeffamaa fi gurmaa’insi bulchiinsa Arraddootta baadiyyaa 25 fi magalaa tokko, bulchiinsa
magaalotaa tokko magaalotaa xixiqqaa 5n, gandoota magaalaa -- gandoota baadiyyaa ---- of jalaa qabdi
Ergama, Mul’ata, Galma, Duudhaaleefi Toora Xiyyeeffannoo
Ergama
Aanaa Shanan Dhuuggoo keessaatti daandilee jiran irraatti tajaajila geejjibaa mija’aa,
ammayyaa’aa, dhaqqabamaa, si’ataa fi nageenyi isaa eeggame akka jiraatu gochuudhan guddina
biyyaa keessaatti industirii geejjibaa gahee isaa akka taphatu taasisuu.
1.Mul’ata
Bara 2017 A.L.I. ttii uummatni anaa keenyaa tajaajila geejjibaa mijaa’aa, dhaqabammaa, si’ataa fi
nageenyi isaa mirkanaa’ee argatee misooma geejjibaa irraa akka fayyadamu gochuun mul’ata akka
biyyaattii qabamee milkeesuu.
Galma
Hojiiwwaan karoora Guddinaa fi Tiraanisfoormeeshinii lammaffaa keessatti karoorfamani jiran
kessaa kan bara 2014 kanatti raawwaatamuu qaban rawwachuun tajaajila geejibaa dhaqabamaa,
filannoo qabu, nagenyi isaa mirkanaa’e Anaa kenyaa keessaati hojii irraa oolchuun
fayyadamummaa ummataa mirkaneessuu dha.
2.Dudhaalee
Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhaminsa qabuu fi safaramuu danda’uun
galmaan ga’uu keessatti caasaaleen Abbaa Taayitaa Geejjibaa Anaa shanan
dhuuggoo jiran duudhaalee fi amanamummaa cimaa qabaachuu qabu.
Duudhaa gaarii hoggantootaa fi hojjettoota hunda biratti amantaan fudhachuun
hojiitti hiikuu fi kabajuun qulqullina kenna tajaajilaa fooyyessuuf:-
Itti quufinsi maamilaa safartuu milkaa’ina keenyaa godhachuu;
Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aalee Toora
Xiyyeeffannoo
:
Toora Xiyyeeffaanno1:Dhiyyeessii Tajaajila Geejjibaa
Bu’aa Eegamu:-Tajaajila Geejjibaa Dhaqqabamaa Uummanni Irraa Fayyadame;
Ibsa:-Uwwisa dhiyeessa tajaajila geejjibaa akka anaa keenyaa keessatti
babal’isuun fedhii fi dhiyeessa walsimsiisuun tajaajila geejjibaa saffisaa fi
mijaa’ina qabu uummanni akka argatu gochuudha.
Toora Xiyyeeffannoo 2: Mirkaneessa Nageenya Tiraafikaa (Traffic Safty
Assurance)
Bu’aa Eegamu: Nageenya Tiraafikaa mirkanaa’ee uummanni irraa fayyadame:
Ibsa:-Toora kana jalatti hojiiwwan hojjetaman balaa tiraafikaa yeroo gara yerootti
anaa keenya keessatti dabalaa jiru xiqqeessuun uummanni tajaajila geejjibaa
balaa irraa bilisa ta’e akka argatu taasisuuf akkasumas hubannoo hawaasaa
cimsuu, to’annoo fi hordoofii geejjiba karaa teeknooloojii ammayyaa’aa
fayyadamuudhaan lubbuun namaa fi qabeenyaa balaa tiraafikaa irraa akka
eeggamu taasisuu .5
Haala Waligalaa Seekterichaa
 Geejibni misooma dinagdee biyya tokkoo keessatti akka hidda dhigatti ilaalamaa gaheen
geejiba daandii % 95 akka ta’u ni amanama. Gahen geejiba qileensa baburaa fi bishaanii
biyya keessatti % 5 hin caalu jedhudha.
 Ummata biyyati keessa % 70 kan ta’u geejiba addaatti fayadama, ba’aa mataa fi
dugdaatti,beeladootaatii kan gargaramudha.
 Geejibni ammayaa’an baroota kumaan laman lama keessatti % 20 irra gara % 30 tti
guddatus nama 10 keessa naming 7 geejiba addaatti fayyadama jira.
 Akka Aanaa keenyaa yemuu ilaalamu baayinni ummata Aanaa keenyaa 198,165 dha. Kunis
dhi. 97,101 dub 101,064 w/g= 198,165 kana keessa tajaajila geejinaa kan argatu 34560 yo
tahu % dhanis 17.4 % qofa dha.
 Haala kanaan akka biyyattis ta’e akka A/sh/dhuuggoo keenyaatti guddina arifataa fi
saffisaa fiduudhaan haala jiru fi jireenya ummata jijjiruf bayee hojjechuu akka nura egamu
ibsii kunii nutii agarsiisaa fedhii geejibaa yeroo gababa keessatti guutuun akka danda’amuf
abbootti qabeenya bal’inaan hirmaachisudhaan rakkoo ummataa kallattii hikuu danda’utti
mootummaan qindeese itti seene jira.
 Waajjirichii yeroo amma labsii bulchinsaa naannoo oromiyaa lakkoo EGO -31-197 tiin
Adoollessa 29/11/2007 irraa kaasee ‘’ A/T/ Geejibaa A/Shanan Dhuuggoo “maqaa
jedhun akka hunda’u ta’e jira.
Hojilee Gurgguddoo ji`ootan jahan
darban kana keessa hojjataman

2 To`annoo geejibaa karaa ilaalame
To`annoo idile Kar 1440 Raw 1257 % 87
To`annoo tasaa kar 72 Raw 72 % 100 ol
3 To`annoo gaggefame keessaa ballessaan irrattii argame
 Kan ummataa kar 9 Raw 12 % 100
 Kan f e`inaa kar 12 Raw 7 % 58
Mootar saayiikila kar 25 raw 43 % 100
4 To`annoo gaggefame keessaa dhihatee adabbii raawatee ykn kafalame .
 Kan ummataa . kar 9 Raw 9 % 100
 Kan f e`inaa kar 12 Raw 5 % 89
Mootar saayiikila kar 25 raw 40 %100
 Qarshii adabbii geejjiba ji`oottan jahan darban kana keessa sassabame kar
Qr.100026 raww 217275%100 ol
Deeggarsa rayya ittisa biyyatiif motoraa fi makinaa irraa qar.52300(kuma
shantamii lama fi dhibbasadi) akka sassabamu tasifame jira
Dhiheessi konkalaata wajjin
wal qabatee
Baayina konkolaata deddebi`e kar 6 raw 5 % 83
 Bay`ina ummata deddeebi`e kar 97200 Raw 34200 %80
 Konkolaata tokokon km uwwifame kar 6210 Raw 6210 % 100 ol
 Konkolaataa hundaan km uwwiifamu qabu kar 37260km Raw 28980km % 77
 Kankolaata hayyama opireetaruummaa qabanii fi hin qabne addan baasuu
 kar 20 raw8 %40
 Kankolaata sadarkaa qabanii hin qabne addan baasuu kar 6raw 6%100
 Hayyama konkolaachistootaa akka haroomsan taasiisuu kar21raw 7 %33

 Ragaa IMTsassabuu kar 300 rawwi 258 %86


Motora ulagaa guuttatanii fi hin gutattin adda baasuu k ar 10 Raw 13 % 100
 2. Rifoormii geejibaa wajjin wal qabatee
 Konkolaachisaa bajii qabanii hin qabnee addaan baasuu Kar5 raw 5% 100
 Gargaara bajji qaban adda baasuu Kar 5 raw5 % 100
Hubaannoo nagenyaa balaa tiraafikaa keennuu
Bakkaa gabaattii Kar 1740 Raw 3631 % 100 ol
Buufata konkoolaata keessatti karoo 4500 Raawwii
5131% 100 ol
Manneen barnoota keessatti kar 3600 raw 1630 %45
Lafoo demtootaf kar 8400 raawwii6166% 100ol
Abbooti qabenya mootora hubannoo kennu
kar/90 raw100 %100
Gumii nageenya balaa tiraafikaa maneen barnoota
keessattii dhaabuu
kar 30 raw 30 %100
Koree nageenya balaa tiraafikaa araddaa keessattii
dhaabuu
kar 26 raw 13 %50
Hubannoon lafoo demtootaaf yeroo kennamu
To`ataan yeeroo lafoodeemtootaaf
hubannoo keenna jiru
Humna ol fe`uu hambisuu wajjin wal
qabatee
Qindoomina wajjira keenyaa tii fi wajjira poolisii
wajjin taasifameen konkolaataan kursii isaaf
hayamameen akka fe`atuu tasifamee jira
Abbumaan to`ataa tokko iddoo mannara sanitti
ramaduudhan konkolataan erga guuttatee booda
akka bahuu taasifamee jira
Humna ol fe`uu xiqeesuu wajjin wal qabatee
marii taasifame
Imtootni shanan dhuuggoo irraa gara
hirnaa yoomuu deema jiran
Akka ciminaatti
1,hojjattonni hundinuu uffata isaanii uffatanii daandii irratti bahanni
hubannoo balaa tiraafikaa lafoo demtootaaf keennaa jirachuu
2,qinddominii to`attota geejjibatiifi polisii tiraafika kan jiruu tahuu
isaa
Akka hanqinaatti
1,To`attonnii fagaatanii ykan gadi bu`anii to`annoo fi horddofii
taasisuu dhabuu
2,Qindoominni Aanna xulloo wajjin qabnuu laafa ta`uu isaa
Akka rakkootti
1 imalttonnii milaan deemanii iddoo
to`attaan keenya jiru bira darbanii
konkolaataa seenuu.
2,Kilomeetira fagoo demanii to`annoo
gochudhaaf wajjirri mootara qabachuu
dhabuu
Kallattii furmaataa
Hangaa danda`ameettii milaan deemanii to`annoo
taasisuu
Qondoomina annota olaa wajjin qabanu cimsuudhaan
to`annoo fi horddo fi taasiisuu.
Waliin taanee balaa
Tiraafikaa Haa ittisnuu

Galatoomaa

You might also like