You are on page 1of 25

Karoora Ka’uumsa Garee Gurmaa’iinsa Qondaaltoota Dagaagina

Naamusaatiif Qophaa’e
1. Kutaa Tokko

1.1SEENSA

2. Kutaa Lama

2.1. Caasaa Gurmaa’insa fi ramaddii Garee Qondaala Horddooffi Dagaagina


Naamusaa Bulchiinsaa Godina Harargee __________
Sadarkaa Waajira bulchiinsa godinaa fi MH godinaa
Sadarkaa Waajira bulchiinsa Anaalee fi MH Anaalee
Sadarkaa waajira kantiiba fi MH bulchiinsa magaalootaatti jiru
haaibsamu
2.2Xinxaala Haala Raawwii Hojii Dagaagina Naamusaa

Qondaalli Naamusaa (QN) Manneen Hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma


Mootummaa keessatti hojii ittisa yakka malaammaltummaa fi hojimaatni badaan
akka hin raawwatamne abbummaadhaan akka hojjetuuf kan hundaa’e dha. Kun
immoo wal fakkaataa ta’uu baatuus banamuu caasaa QN tiin hojiileen jajjabeessaa
ta’an hojjetamaa turee jira. FKN:-

akka rakkootti gama MHM fi DhMM tiin kan mul’atu, manneen hojii tokko tokkoo
QN idileedhaan ramaduu dhabuu, , akkaataa ulaagaatiin ramaduu dhabuu, nama
gahumsaa fi dandeetti qabu ramaduu dhabuu, seeraan ala sadarkaa QN gadi
buusuun hayyamsiisuu, QN shakkuu, ofirraa fageessuu ykn qofaa baasuun
mul’achaa turee jira. Gama biraatiin caasaan QN MH hunda keessatti diriru dhabu,
kessummayyuu caasaalee sadrakaa , godinaa, Bul/magaala fi aanaaleetti caasichi
hawwataa ta’uu dhaabuu, sadarkaa isaa gadi buusuu, hojicha irratti dhiibbaa
guddaaa uumee kan jiru dha.
Gama QN tiin hojii isaanii gahumsaan hojjachuu dhabuu, hooggansa itti siiqanii
waliin hojjachuudhaaf sodaachuu/irraa fagaachuu/ kutannoon qabsaa’uu dhabuu fi
fedhii hojii dhabuun ni mul’ata.

Akka waliigalaaattii MHM fi DhMM, QN ramaduudhaan hojii gaarii hojjetanii fi


kanneen hin hojjetiin hafan adda baasuudhaan hordoffii fi deeggarsa barbaachisaa
ta’e gochuudhaaf hanqinni kan jirudha. Kana malees MHM fi DhMM akkaataa
Dambiitiin hojii dagaagina naamusaa hin idileessiin hafan irratti tarkaanfii
barbaachisaa fudhachuu/fudhachiisuu dhabuu irratti harcaatiin jiraachuusaati.

2.3Xinxaala Gumii Qabsoo Farra Malaammaltummaa


Qabsoo farra malaammaltummaa manneen barnootaa kutaa 5-12ffaa ,kolleejjii
Barsisoota fi Kolleejji BLTO godina keenya keessa jiran gumii QFM
hundeessuudhaan barattoonni malaammaltummaa irratti akka qabsaa’an gochuuf
hojiin jalqabame jiraatuus bifa barbaadamuun hin hojjetamne.GumiiManneen
barnootaa keessatti hundeessuun fi hojii keessa galchuun immoo dhaloota fuula
duraa naamusaa haala gonfateen guddisuuf gahee guddaa kan qabuudha. Kanaaf,
bara karoora kanaa keessatti xiyyeeffannoo guddaan keenamee akka hojjetamu
Gochuun murteessa dha.

2.4. Xinxala raawwii Hojii bara 2013 gaggeessu


 Xinxala Karooraa fi Raawwii hojiiwwaan ijoo Garee gurmaa’insa Qondaala
naamusaa bara 2013 keessatti karoorfamanii fi raawwataman Kaayu
 Qaawwaalee malaammaltummaa fi Hojumaata badaaf saaxilan,akka mana
hojjiitti adeemsaalee hojii kessattii jiran
 Karoora raawwachu keessattii Ciminaalee,hanqina fi rakkoolee turan

2.5. Ergama, Mul’ataa, Duudhaalee, Kaayyoo fi Galma Mana Hojiichaa fi


Komishinii NFMO
2.5.1. Ergama, Mul’ataa, Duudhaalee, Kaayyoo fi Galma Mana Hojiichaa

2.5.2. Ergama, Mul’ataa, Duudhaalee, Kaayyoo fi Galma Komishinii


NFMO
i. Ergama Komishinichaa
Bu’uuraalee Dagaagina Naamusaa Gurmeessuu fi barumsa naamusaa babal’isuun
hawaasa naamusa gaarii gonfatee uumuu, qo’annoo fi qorannoo gaggeessuun
malaammaltummaan akka hin rawwatamne ittisu, akkasumas namoota qabeenya fi
madda galii isaanii galmeesssisuu qaban akka galmeessisan taasisun sirna
iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabu mirkanessu.

ii. Mul’ata Komishinichaa


Bara 2022tti, Naannoo Oromiyaa sadarkaa malaammaltummaa fi hojimaatni
badaan yaaddoo guddina badhaadhina diinagdee fi rakkoo nageenyaa ta’uu hin
dandeenye irraan geessisuu.
iii. Duudhaalee Waloo KNFMNO
 Fakkeenyummaa,
 Gareen hojjachuu,
 Jijjiiramaaf qophaa’uu fi
 Nama gochaa ta’uu
v. Kaayyoo
 Qabsoo farra malaammaltummaa irratti qindoominaa fi hirmaannaa
qaamolee hawaasaa dabaluu;
 Hawaasa naamusa gaarii goonfate, malaammaltummaa hadheeffatuu fi
qabsa’uu horachuu;
 Qo’annoo hojimaataa fi qorannoo tarsiimoo geggeessuun hojimaata
malaammaltummaaf qaawwa banuu danda’an adda baasuun akka sirratu
gochuu;
 Qabeenya beeksisuufi galmeessisuun sirna iftoominaafi ittigaafatamummaa
hojiirra oolchuu;
 Walitti bu’iinsa faayidaa hambisuun itti gaafatamummaan akka mirkanaa’u
taasisuu dha.
vi. Galma
 Gurmaa’insa,qindoominaa fi hirmaannaa hawaasaa mirkanaa’e;
 Hawaasa naamusa gaarii gonfate;
 Hojimaata sirrii diriire fi malaammaltummaa ittifame;
 iftoominaa fi ittigaafatamummaa mirkanaa’e;
 Walitti bu’iinsa faayidaa xiqqaate.
3. Toora Xiyeeffannoo fi Bu’aalee Toora Xiyyeeffannoo

La
Toora Xiyyeeffannoo Bu’aalee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimawoo
k
Gurmaa’insa
1 Bu’uuraalee Dagaagina Gurmaa’insa fi hirmaannaa hawaasaa mirkanaa’e
Naamusaa
Lammii naamusa gaarii gonfatee fi malaammaltummaa
2 Barumsa Naamusaa
hadheeffatuu fi balaaleffatu horatame
hojimaataa gaarii diriire, kallattii qabsoo farra
3 Qo’annoo fi Qorannoo
malaammaltummaa akeekame;
Qabeenya mootummaa fi nama dhunfaa akka wal hin
Qabeenya Beeksisuu fi
4 makne taasifame,walitti bu’iinsa faayidaa xiqqaate,
Galmeessisuu
iftoominaa fi itti gaafatamummaa mirkanaa’ee argame
3.Kutaa Sadaffaa,

KAROORA HOJII BARA 2014

Hojiilee Gurguddoo hojatamuuf karoorfaman


.
1) Qondaaltoota Naamusaa MH Sadarkaa godinatti jiran fi Garee Qondaala
Hordoffii dagaagina naamusaa MHM, DhMM fi JU sadarkaa aanaa fi
bul.magaalootatti jiiran ____ tiif karoora ka’umsaa qopheessun kallatti
kennuun hojiitti galchuu,
2) Qondaala Hordoffii Dagaagina Naamusaa MHM, DhMM,fi JU Sadarkaa
Godinatti ______, Aanaaleetti___, fi Bul.mag____,jiran waliigalaan MH
_______ karoora waggaa yeroon akka qopheeffatan fi galchan gochu.
3) Pirofaayilii/ragaa Guutu Qondaaltoota Horddoffii Dagaagina Namusaa MHM,
DhMM fi JU Keessattii caasaan ramadaman fi Bakka bu’iinsaan
ramadaman adda baasuun raga isaanii qabachuu fi waggaatti marsaa lama
wayitawaa gochu,
4) Qondaala Hordoffii Dagaagina Naamusaa MHM, DhMM fi JU ___ keessatti
caasaan QN bu’eef fi caasaa kan hin qabnee fi QN caasaan ramadaman adda
baasuun akka ramadatan fi guuttatan gochu.
5) Qondaala Hordoffii Dagaagina Naamusaa MHM, DhMM fi JU ___ keessatti
caasaa QN hinqabne ammoo bakka bu’uummaan hojjetaa naamusa qabuu fi
gahusa qabu akka ramadamu gochu,
6) Hordoffi fi deeggarsaa garee qondaala D/Naamusa aanaalee ____
Bul/Magaaloota ____akkasumaas MHM,DhMM fi JU sad. Godinaatti jiran ___
tiif taasisu.
7) Qondaala Hordoffii Dagaagina Naamusaa MH____tahaniif leenjii ijaarsa
dandeetti kennu.
8) Kaawiinsilii IYM MHM,DhMM fi JU sadarkaan jiran _____ keessattii akka
hundeeffamu /haaroomfamu gochu. Kuniis Sadarkaa MH godinatti______
Aanaaleetti MH______ fi Bul.Magtti MH_____
9) Marii /walgahii koree kaawiinsilii IYM ji’atti al tokko MH hundaa keesatti akka
gaggeessan taasisu.
10) Hordoffi fi deeggarsaa koree kaawiinsilii IYM MHM,DhMM fi JU sad.
Godinatti _____ Aanaa_____fi Bul/Magaalaa _____gaggeessu.
11) Tarsiimoo ittisa yakka malaammaltummaa, naamusa, qajelfamaa
naamusa mana hojichaa fi kkf irrattii leenjii hojjattootaa fi hooggantoota
mana hojii ____ tiif kennu.
12) Maammiiltoota/fayyadamtoot,dhimmamtoota fi qaamolee hawaasa garaa
gara ______tiif hubannoo kennuu.
13) Qabeenya maallaqaa fi meshaalee motummaa qisaasaman fi adda bahan
deebisisu ilaalchise
 Maallaqa (Birriin)____tahe deebisisu
 Meshaalee motummaa____tahe deebisisu (Gosaan fi Baayyinaan ibsamu
qaba)
14) Qaawwaale malaammaltummaa fi hojumaata badaaf saaxilan/saaxilu
danda’an adeemsaalee/gareelee/MH keessatti jiru/mudatu addabaasuun
Tajaajila gorsaa ittifufiinsa qabu ___ kennuu.
15) Qondaala Hordoffii Dagaagina Naamusaa mana hojii isaanii keessatti
malaammaltummaa fi hoji-maata badaaf saaxilamoo ta’an adda baasuun

qo’annoo hojumaata 2 gaggeessuun qaawwaa/rakkoolee jiran kallattii


furmaataaa kaa’u fi hojii irra oolmaa isaa hordofu.
16) Hojjattootnii fi hoggantooni manneen hojii ___tahaniif qabeenya isaanii
akka galmeessan/ haaroomsan gochu,
17) Gabaasa odiitara keessaatiin yookiin odiitara alaatiin dhiyaatee akka
sirreeffaman yookiin tarkaanfiin irratti akka fudhatamu taasifame hordofu.
18) Ji’a ji’aan gabaasa raawwii hojii MH fi Garee qondaala naamusaa sadarkaan
jiran ______ irraa fudhachuu.
19) Gabaasa irratti huundaa’uun dub-deebii ji’a ji’aan MH Godinaa fi Garelee
Bul/Aanaa fi maglootaa _______tiif barreeffamaan kennuu,
20) Gabaasaa manneen hojii Godina ,Aanoota fi Bul/Magaaloota irraa dhihaatu
cunfuun ji’aan KNFM Dameef fi qaama ilaallatuuf eergu.
21) Gamaaggama fi wal-jijjiirraa muuxannoo QN manneen hojii godina waliin
Kurmaana kurmaanaan fi Qindeesitoota garee Hordoffii Dagaagina
Naamusaa aanaalee fi Bul/Magaaloota waliin waggaatti si’aa lama gaggeessu.
22) Gareele/Qondaaltoota Hordoffii Dagaagina Naamusaa bu’aa gaarii
galmeessisan adda baasuu fi GQN ________tiif beekkamtiin akka kennamuuf
gochu.
23) Seeronnii dambii fi qajeelfama bulchiinsa faayinaansii fi bulchiinsa
hojjattoota kan qaxarrii, guddinaa, jijjiirraa fi kkf Sadarkuma mana hojiitti
akka jiraatu gochu fi iddoo tokkootti gurmeessuun Hojjetootnii fi
dhimmamtoonni salphatti argatani akka dubbisan taasiissu.
24) Qacarrii, guddina, jijjiirraa, leenjii, bittaa qabeenyaa, tajaajila yookiin
waliigaltee kamiyyuu kan ilaallatu seeraa, dambii fi qajeelfamaan alaa akka hin
raawwatamne horddooffi cimaa gochu,
25) Hir’ina naamusaa, hojmaata badaa fi yakki malaammaltummaa
raawwatamuu isaa yoo shakkame yookiin eeruun yoo dhihaateef fudhachuun
galmeessu fi qulqulleessuun Hogganaa mana hojichaa / dhaabbatichaa fi
KNFMOD/Bahaatiif beeksisu.
26) Haanqina naamusaa Mudatuuf, Seroonii fi Hojumaata cabeef tarkaanfiin
sirreessa akka fudhatamu gochu.
27) Sadarkaa Manneen Barnootaa Mootummaa fi dhuunfaa sadarkaa 1ffaa fi
2ffaa; Kolleejjii Barsiisotaaa, Kolleejjota BLTO Godinaa kessatti jiran Gumii
Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa barattootaa Hundeeffamu/gurmaa’u
isaani horddofu fi deeggaru.
28) Dhaabbilee hawaasa siiviilii godina keessa jiran addabaasu,
29) Dhaabbilee hawaasa siiviilii adda bahan akkasumaas qabsoo Farra
malaammaltummaa irrattii qabsaa’uuf qaamoolee gahe guddaa qaban
dabalachuun hawaasa siiviilii Gamtaa Farra Malaammaltummaa sadarka
sadarkaan hundeessu .
30) Gurmaa’inaalee hawaasa siiviilii Gamtaa Farra Malaammaltummaatiif
karoora ka’umsaa qopheessuu fi hubannoo akka keennamu gochu.
31) Ji’a ji’aan gabaasa raawwii hojii Gurmaa’inaalee Gamtaa Farra
Malaammaltummaa fudhachu.
32) Yaa’ii walii-galaa dhaabbilee hawaasa siiviilii fi qaamolee qooda
fudhattoota Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa waggaattii altokkoo
qopheessuu fi gaggeessu,

3.2. Tarsiimoolee Raawwii karoora


Hojiirra oolmaa hojiiwwan gurguddoo olitti eeraman hojiirraa olchuu dhaaf
tarsiimoleen raawwii armaan gadii fayyadamu nidanda’ama.
 Hirmaanaa uummataa fi qindoomina qaamolee farra malaammaltummaa
guddisuu
 Garee GHQN fi Q/Naamusaa MHtiif deggarsa walirra hincinnee gaggeessuun
hojii qabatamaa keessa galchuu.
 Muxannoowwan gaggaarii qindeessuun babal’isuu
 Sirna hordoffii fi deggersaa cimsuu
 Gareelee biro wajiin qindoomanii waliin hojjechu fi deggaru
 Gaggeesitoota waliin marii walirraa hincinne taasisuun
 Hojiile hojjetaman fi ragaalee sassaabaman sirnaan qabachu fi kaayu
 Qaama ilaalatu waliin walittii dhufeenya cimaa tahee umuun.
4. Carraa Gaarii , Sodaa jiruu fi Yaada Furmaataa
4.1. Carraa Gaarii

4.2. Sodaa jiru


 Hoggansii motummaa Hojii siyaasaa fi waltajiin qabamu.
 Hanqina loojistikii
 Hanqina bajataa mudachuu danda`u
 Rincica (resistance) gaggeessitoota mana hojii bira mudachu.
 Hoggansa sadarkaan jiru biratti xiyyeefannaa kennu dhabu
 Garee Qondaaltoota Dagaagina Naamusa Waj/Bulchinsa Godinalee ,
Analee fi B/magaaloota hala caasaan gutani ramadu dhabu.
 Rakkoo nageenya mudachu danda’u.
 MHM irraa caasaan qondaaltoota Naamusaa Haqamuun hojii irratti dhibbaa
fidu danda’a.
 Qondaaltonni Naamusaa iddoo itti raamadaman irratti turuu dhabu( turn
over) baayyachuu.
 Dhibee koranaa furmaataa argachuu dhabu.
 Tasgabii Nageenyaa jiraachu danda’uu

4.3. Yaada Furmaata :-


5. Sirna Hordoffii, Gamaggama fi Gabaasaa
 Gamaagama hojii kurmaanaan gaggeessu
 Deeggarsa walirraa hincinnee taasissuu.
 To’annoo fi hordoffii walirraa hin cinnee gaggessu.
 Gabaasa raawwii hojii ji’a jaan kurmaanaan qaama dhimmi ilaaluuf
dhiheessuu.
 Hojii hojatamee fi hin hojatamnee adda baasaa deemuu
Sagantaa Raawwii Hojii Bara 2013

L Hojiilee Gurguddoo Saf Ma Kuur.1ffaa Kuur.2ffaa Kuur.3ffaa Kuur.4ffaa


ak art nii A H Fu I On Sa Mu ID A Gu Bi ID Ebl Ca Wax ID
k u 201 d aa l D k d d m r t m
3 ol g
1 MHM, DhMM fi JU
sadarkaa,Godina,
aanaafi
bul.magaalootatti
jiiraniif karoora
ka’umsaa qopheessun
gadi busu

2 Karoora waggaa
yeroon akka
qopheeffatan fi galchan
goochuu.

3 Pirofaayilii Guutu
Qondaaltoota
Horddoffii Dagaagina
Namusaa MHM,
DhMM fi JU
Keessattii caasaan
ramadaman fi Bakka
bu’iinsaan
ramadaman adda
baasuun raga isaanii
qabachuu fi waggaatti
marsaa lama
wayitawaa gochuu,

4 Qondaala Hordoffii
Dagaagina Naamusaa
MHM, DhMM fi JU
keessatti caasaan QN
bu’eef fi caasaa kan hin
qabnee fi QN caasaan
ramadaman adda
baasuun akka
ramadatan fi guuttatan
gochuu
5 Qondaala Hordoffii
Dagaagina Naamusaa
MHM, Dh MM fi JU
keessatti caasaan QN
hinqabne ammoo
bakka bu’uumaan
hojjetaa naamusa
qabuu fi gahusa qaban
akka ramadamangochu

6 Kaawiinsilii IYM MH
sadarkaan jiran
keessattii akka
hundeeffamu
/haaroomfamu gochu.

7 Marii /walgahii koree


kaawiinsilii IYM
gaggeessu

8 MHM,Dh.MM fi JU
miseensoota garee
QNf qoduun
horddooffi fi deggarsa
MH tiif gochu

9 Qondaala Hordoffii
Dagaagina Naamusaa
tiif leenjii ijaarsa
dandeettii akka argatan
gochuu,

10 Horddooffi fi deggarsa
Garee qondaaltoota
naamusaa Aanaale fi
Bul.magaalootaa
gochu.
11 Tarsiimoo ittisa yakka
malaammaltummaa,
naamusa , qajelfamaa
naamusa mana
hojichaa fi kkf irrattii
leenjii Hojjattootaa fi
hooggantoota mana
hojii tiif kennu
12 Maallaqa(Birriin)
qisaasame deebisisu
Qabeenya/Meshaalee
motummaa qisaasame
deebisisu

13 Maammiiltoota/
fayyadamtoot,dhimma
mtoota fi qaamolee
hawaasa garagaraa tiif
hubannoo kennuu.

14 Qaawwaalee
malaammaltummaa fi
hojumaata badaaf
saaxilan/saaxilu
danda’an
adeemsaalee/gareelee/
MH keessatti
jiru/mudatu
addabaasuun Tajaajila
gorsaa ittifufiinsa qabu
___kennuu
15 Qondaala Hordoffii
Dagaagina Naamusaa
mana hojii isaanii
keessatti
malaammaltummaa fi
hoji-maata badaaf
saaxilamoo ta’an
irratti qo’annoo
hojumaata Idilee
gaggeessu.
Adeemsa /garee hojii
tasa rakko keessa bu’ee
irratti qo’anoo
hojimaata hatattama
gaggeessuu.

16 Hojjattootnii fi
hoggantooni manneen
hojii tiif qabeenya
isaanii akka
galmeessan/
haaroomsan gochu,

17 Gabaasa odiitara
keessaatiin yookiin
odiitara alaatiin dhiyaatee
akka sirreeffaman yookiin
tarkaanfiin irratti akka
fudhataman taasifame
horddofu hogganaa mana
hojichaa yookiin
dhaabatichaa fi
komishinichaaf ni beeksisa

18 Ji’a ji’aan gabaasa


raawwii hojii MH fi
Garee qondaala
naamusaa sadarkaan
jiran irraa fudhachuu
19 Gabaasa irratti
huundaa’uun dub-
deebii ji’a ji’aan
barreeffamaan kennuu,

20 Gabaasaa manneen
hojii irraa dhihaate fi
sadarkaa aanootaatti fi
Bulchiinsa
magaalootaatti
cuunfame dhufee akka
goodinaatti cuunfuun
KNFMO D/Bahaa fi
qaama ilaallatuuf
eergu.
,
.

21 Kurmaana kurmaanaan
QN fi Qindeesitoota
garee Qondaala
Hordoffii Dagaagina
Naamusaa waliin
waltajjii gamaaggama
hojii gaggeessu fi wal-
jijjiirraa muuxannoo
gaarii gochu
22 Gareele/Qondaaltoota
Hordoffii Dagaagina
Naamusaa bu’aa gaarii
galmeessisan akkaataa
qajeelfamaatti adda
baasuu fi beekkamtiin
akka kennamuuf
gochuu
23 Sadarkaa Manneen
Barnootaa Mootummaa fi
dhuunfaa sadarkaa 1ffaa fi
2ffaa;
KolleejjotaBarsiisotaaa,
Kolleejjota fi dhaabbilee
BLTO akka Godinaatti
jiran kessatti Gumii
Naamusaa fi Farra
Malaammaltummaa
barattootaa
Hundeeffamu/gurmaa’u
isaani horddofu,

24 Seeronnii dambii fi
qajeelfama bulchiinsa
faayinaansii fi
bulchiinsa hojjattoota
kan qaxarrii, guddinaa,
jijjiirraa fi kkf
Sadarkuma mana
hojiitti akka jiraatu
gochu fi iddoo
tokkootti dokumant
gochuu
25 Qaxarrii, guddina, jijjiirraa,
leenjii, bittaa qabeenyaa
yookiin, tajaajila yookiin
waliigaltee kamiyyuu kan
ilaallatu seeraa, dambii fi
qajeelfamaan alaa akka hin
raawwatamne horddooffi
cimaa gochu
26 Hir’ina naamusaa,
hojmaata badaa, yakki
malaammaltummaa,raaww
atamuu isaa yoo shakkame
ykn eeruun dhihaate
fudhachuun galmeesisu

27 Haanqina naamusaa
Mudatuuf, Seroonii fi
Hojumaata cabeef
tarkaanfiin sirreessa
akka fudhatamu gochu
28 Dhaabbilee hawaasa
siiviilii godina keessa jiran
addabaasu,

29 Dhaabbilee hawaasa
siiviilii adda bahan
akkasumaas qabsoo Farra
malaammaltummaa irrattii
qabsaa’uuf qaamoolee
gahe guddaa qaban
dabalachuun Gamtaa Farra
Malaammaltummaa
sadarka sadarkaan
hundeessu

20 Gurmaa’inaalee Gamtaa
Farra
Malaammaltummaatiif
karoora ka’umsaa
qopheessuu fi hubannoo
akka keennamu gochu.

31 Ji’a ji’aan gabaasa raawwii


hojii Gurmaa’inaalee
Gamtaa Farra
Malaammaltummaa
fudhachu.
32 Yaa’ii walii-galaa
dhaabbilee hawaasa siiviilii
fi qaamolee qooda
fudhattoota Naamusaa fi
Farra Malaammaltummaa
waggaattii altokkoo
qopheessuu fi gaggeessu,

Maqaa Guutuu Hojjataa Karooricha qopheessan Maqaa Hogganaa Karooricha Mirkaneesse


Maqaa Mallattoo Guyyaa Maqaa__________________

1_______________ ________ _______ Guyyaa _______________

2_______________ ________ _______

3_______________ ________ _______

You might also like