You are on page 1of 27

BULCHIINSA MOOTUMMAA NAANNOO

OROMIYAA

DAMBII MANA MAREE ISPOORTII OROMIYAA IRRA


DEEBIIDHAAN FOOYYA’EE BAHE LAKKOOFSA 6/2015

Ebla/2015

0
Finfinnee
Seensa
Uummatnii fi Mootummaan waliin ta’uudhaan kallattii ittiin hojjetamuu danda’an mijeessuun
Naannicha keessatti Ispoortiin haala itti fufiinsa qabuun akka balbal’atuu fi guddatu Dambii fi
Qajeelfamni Ispoortiin ittiin gaggeeffamu bahee hojii irra olchaa jira.

Haa ta’u malee, Dambii fi Qajeelfamni ittiin hojjetamaa ture guddinaa fi sadarkaa biyyi keenya fi
Naannoon keenya irra geessee fi fedhii hawaasni Ispoortii irraa qabu waliin wal bira qabamee yoo
ilaalamu:

1. turtii yeroo dheeraa qabu;

2. haala yeroo ammaa wajjin kan hin deemne;

3. kan hin hojjachifne;

4. hanqinaa fi hudhaa kan qabu akkasumas;

5. Gurmaa’insii Qaama Hojii Raawwachiiftuu Mootummaa irra deebiidhaan Labsii 242/2014 tin
waan gurmaa’aniif Dambii kana fooyyessuun barbaachisaa ta’ee argamee jira.

Kunis: Labsiin Qaamolee Raaawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra deebiidhaan


gurmeessuuf, Qaamolee Raaawwachiiftuu Labsii lakk 242/2014 aangoo fi gahee hojii isaanii
murteessuuf bahe irraa ka’uun Aangoo fi gahee hojii Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaatiif adda
bahee kenname bu’uura godhachuun Dambii kana fooyyeessuun miseensota Mana Maree Ispoortii
Oromiyaatif dhiyeessuun raggaasisuun barbaachisaa ta’ee jira.

Kutaa Tokko

Haala Waliigalaa

Keewwata 1

Mata Duree Gabaabaa

 Dambiin Kun “Dambii Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 5/2001
fooyyesuuf Bahe, Lakkoofsa 6 /2015” jedhamee waamamuu ni danda'a.

KEEWWATA 2

2.1. Hiika

Akkaataan seensa jechootaa hiika biraa Kan kenisiisu yoo ta’e malee Dambii kana keessatti;-

 Nama jechuun: uumamaan yookaan seeraan qaama mirgi namummaa kan kennameef dha.

 Mootummaa: jechuun Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jechuu dha.

1
 Biiroo: jechuun Biiroo Dargaggotaa fi Ispoortii Oromiyaa jechuu dha.

 Mana Maree Ispoortii: jechuun waldaa Ispoortii sadarkaa gandaa irraa kaasee hanga
naannootti qaama ol’aantummaan Ispoortii hoogganu jechuudha.

 Miseensa Mana Maree Ispoortii: jechuun Hoggantootaa dhaabbilee mootummaa, miti-


mootummaa fi abbootti –qbeenyaa irraa waliiti qindaa’uun Ispoortii sadarkaa gandaa kaasee
hanga naannoo jiru ol’aantummaan hogganan jachuu dha.

 Waldaalee Ispoortii jechuun Fedeereshiinoota, kilaaboota, Koreewwan Ispoortii, , fi


gareewwan Ispoortii sosochoosuu fi babal’isuuf qaama gurmaa’anii heeyyama argatan
jechuu dha.

 Federeeshinii Ispoortii: jechuun gosa Ispoortii tokko qofaan akka gaggessuu fi babaldhisu
waldaa ummataa aangoon kennamee fi eeyyama argate jechuu dha.

 Kilabii: jechuun waldaalee Ispoortii keessaa tokko ta’ee sosochii Ispoortii taasisuuf ykn
babaldhisuuf Federeeshinii Ispoortii irraa eeyyamani kennameef jechuu dha.

 Jila Ispoortii: jechuun dorgommiwwaan akka biyyaatti qophaa’u irratti leenjisummaan,


atleetummaan, dursummaa gareetiin, ogummaa yaalaa, deeggarsa kennitootaa naannoo bakka
bu’ee dorgommiif deemu jechuu dha.

 Garee jechuun: gosa Ispoortii adda addaatiin gurmaa’anii Ganda hanga Naannootti ykn
Biyya bakka bu’anii Ispoortiin kan dorgoman jechuu dha.

 Atileetii: jechuun Nama gosa Ispoortii kamiiniyyuu leenjii Ispoortii fudhachuun sadarkaa
kamittiyyuu dorgommii irratti hirmaatu jechuu dha.

 Dorgommii Ispoortii: jechuun morkii Ispoortii dorgomtoota qeenxeen, cimdii fi garee


gidduutti seeraa fi dambiin kan geggeeffamu jechuu dha.

 Badhaasa Ispoortii: jechuun miseensota jila Ispoortii qabxii ol’aanaa galmeessisuun


mo’ataniif badhaasa ykn oonnachiiftuu kennamu jechuu dha.

 Koree Imarjansii: jechuun Koree hojii raawwachiiftuu gaditti ta’ee idileen hojii koree hojii
raawwachiiftuu kan raawwatu fi sadarkaa naannootti qofa kan raawwata’iisa qabu jechuu dha.

KEEWWATA 3
3.1. Korniyaa
 Dambii kana keessatti koorniyaa dhiiraatiin kan ibsame dubartiis kan dabalatu ni ta’a.

KEEWWATA 4
Daangaa Raawwatiinsa
 Dambiin kun Mana Mare Ispoortii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti
raawwatiinsa ni qaba.

2
KEEWWATA 5
5.1. Kaayyoo Gooroo
 Imaammata Ispoortii lafa qabsiisuuf hojmaata ifaa fi itti gaafatamummaa qabu diriirsuun
Ispoortii bu’uura uummataa qabsiisu dha.

5.2. Kaayyoo Gooree


 Gurmaa’insa Mana Maree sadarkaa sadarkaan jiru cimsuun Ispoortii akka hoogganu taasisuu dha.

 Sochii Ispoortii irratti hirmaachuun mirga lammii hundaa ta’uu isaa beekkamee
garaagarummaan sanyii,Amantaa,koorniyaa,bifaa fi siyaasaa osoo hin jiraatin uummatni akka
fedhii fi dandeetti isaattiin bakka jiraatutti bakka hojjetutti bakka baratutti kallattiidhaan
hirmaataa fi irraa fayyadamaa taasisuu dha.

 Atleetota Naannoo fi Biyya bakka bu’uu danda’an gahumsaaf dandeettii qaban baay’inaa fi
qulqullinaan horachuu dha.

KEEWWATA 6
6.1. Barbaachisummaa
 Miseensota Mana Maree Ispoortii Oromiyaa sadarkaa Naannoo irraa hanga Gandaatti jiran
tokko tokko jijjiiramni Moggaafamaa fi caaseeffamni seektaraa waan taasifameef.

 Gurmaa’insi Ispoortii tarsimoodhaan akka wal-simu taasisuu fi miseensota Koree Ispoortii


sadarkaa adda addaatti karaa uummata hirmaachisuun gurmeessuun barbaachisaa ta’ee waan
argameef.

 Dambichi yeroo dheeraa kan ture, guutuu Kan hin taane, fi haala yeroo ammaa wajjin Kan hin
deemne, rakkoo misooma Ispoortii hunda hiikuu Kan hin dandeenyee fi hir’ina kan qabu ta’uu
isaa hubachuun irra deeb’iamee akka foyya’uu taasifamee jira.

KEEWWATA 7
7.1. Hundeeffama
 Mana Maree Ispoortii jedhamee Kan waamamuu Sadarkaa Naannoo kaasee hanga
sadarkaa Gandaatti Dambii kanaan hundeeffamanii jiru dha.

Kutaa Lama
Gurmaa’isa MMIO, aangoo fi gahee hojii Miseensootaa fi KHR MMI Naannoo
Oromiyaa

KEEWWATA 8
Gurmaa’insa Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa Manni Maree Ispoortii Oromiyaa
Gurmaa’insa armaan gadii ni qabaata.

 Yaa’ii waligalaa
3
 Koree Hojii Raawwachiftuu
 Koree Imarjansii
 Ooditera yaa’iin filatamee
 Koree xixiqqoo adda addaa
 Waajjira
 Hojjettoota waajjiraa
KEEWWATA 9
9.1. Miseensoota Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa sagaleedhaan.
Baay’inni Miseensota Mana Maree Ispoortii akkaataa barbaachisummaa isaatti dabaluus hir’achuus ni
danda’a.
Manni Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa Miseensota armaan gadii ni qabaata.
1. Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa….……………Dura taa’aa.
2. I/APirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa………….....I/A/D ta’aa
3. Sadarkaa I/A Prezidaantii BMNO Qindeessaa Klaastara Hawaasummaa…...Miseensa
4. Hoggantuu Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa………………….…...Barreessaa.
5. I/A Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa(Damee Ispoortii) …………......Miseensa
6. Hoogganaa Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immaniifi. Oromiyaa….....Mieseensa
7. Hoogganaa Waajjira Pirezedaantii Bu/Mootum. Naannoo Oromiya……….. Miseensa
8. Hoogganaa Biiroo Pablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa---Miseensa
9. Hoogganaa Biiroo Komunikeeshinii Oromiyaa;……………………………..Miseensa
10. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa;……………………………………Miseensa
11. Hoogganaa Biiroo Bishaan, Albuudaa fii Inarjii Oromiyaa;..............……….Miseensa
12. Hoogganaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaa…………………………….Miseensa
13. Hoogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa……………………..Miseensa
14. Hoogganaa Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa……………………………Miseensa
15. Hoogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa………………………………………….Miseensa
16. Hoogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa ……………………………………….Miseensa
17. Hoogganaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa……..…………Miseensa
18. Hoogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa….….……………………………………Miseensa
19. Hoogganaa Biiroo Daldaalaa fi Misooma Gabaa Oromiyaa……...……….….…Miseena
20. Hoogganaa Biiroo Lafa Oromiyaa……………………………………............Miseensa
21. Hoogganaa Biiroo Barnoota Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Oromiyaa……......Miseensa
22. Hoogganaa Komishinii Poolisii Oromiyaa….……………………..……….…...Miseensa
23. Hoogganaa Komishinii Investimentii fi Induustrii Oromiyaa…..……………….Miseensa

4
24. Hoogganaa Abbaa Taaytaa Daandiiwwanii fi Loojistikii Oromiyaa…….…….Miseensa
25. Hoogganaa Biiroo Galiiwwan Oromiyaa………………………..….……....…...Miseensa
26. Hoogganaa Biiroo Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa………………….….…Miseensa
27. Hoogganaa Biiroo Hojjataa fi Hawaasummaa Oromiyaa……………….…..…..Miseensa
28. Hogganaa Komishinii Karooraa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa………....….Miseensa
29. Bulchoota Godinaalee 21………………………………….…………….….…...Miseensa
30. Kantiibota Magaaloota Naannoof waamaman 23……………………….……....Miseensa
31. Atileetota beekamoo irraa nama 2/Dhi 1 fi Dub 1/……………………….….….Miseensa
32. I/G. Waajjiraaalee Darg fi Ispoortiii Bul.Magaalotaa 23. …….………….….….Miseensa
33. I/G. Waajjiraaalee Dargaggoo fi Ispoortii 21. …….……………………….…....Miseensa
34. Prezidaantii Federeshinota Ispoortii Oromiyaa…….………………….…...........Miseensa
35. Hoogganaa Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa…………….…………Miseensa
36. Hoogganaa Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa….........………….…….Miseensa
37. Hoogganaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa……………………..Miseensa
38. Hoogganaa Biiroo Carraa Hojii Ummuu fi Ogummaa Oromiyaa……………....Miseensa
39. Hoogganaa Eejjansii Geejjibaa Oromiyaa..………………...…………………...Miseensa
40. Daayireektara Gurmaa’ina ,Beekamtii fi Deeggarsa Waldaalee Ispoortii………Miseensa
41. Daayireektara Bulchiinsa Misooma Bakkeewwan Olmaa fi Faasiliitii Ispoorti...Miseensa
42. Daayireektara Barnoota,Leenjii fi waldorgommii Ispoortii Oromiyaa………….Miseensa
43. Daayireektara Hirmaannaa Ispoortii Hawaasaa Oromiyaa.......…………………Miseensa

9.2. Miseensota Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa Sagalee Malee


 Too’ataa Maallqaa Fi Qabeenyaa MMI Naannoo Oromiyaa
 Maallaqa Qabaa MMI Naannoo Oromiyaa
 Federeeshinoota Ispoortii Naannoo Oromiyaa
 Pirezidaantii Ykn Diinii Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Keessatti argama

9.3. Waa’ee kenna sagalee


 Miseensonni yaa’ii Mana Maree Ispoortii sagalee walqixa qabu.
 Murteen koree hoj raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortiioortiioortin Kan mirkanaa’u
garaagarummaa sagaleetin ta’ee sagaleen argame walqixa yoo ta’e sagalee walitti
qabaan kennuun murtaa’a.

KEEWWATA 10
10.1. Aangoo Fi gahee Hojii Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa
Manni Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa Ispoortii Naannichaa olaantummaan kan hoogganu
ta’ee, aangoo fi gahee hojii armaan gadii ni qabaata.

10.1.1. Ispoortii irratti dhimma adda addaa ilaalchisee murteewwan Imaammataa ni kenna,
Qajeelfama
Ispoortii barbaachisaa ta’e ni baasaa;

5
10.1.2. Madda galii qoratamee dhihaate ni mirkaneessa; hojii irra oolmaa isaa ni hordofa, ni to’ata.
10.1.3. Naannoo keessatti Shaampiyoonaan Ispoortii adda addaa akka adeemsifamuu fi
Shaampiyoonaa Guutuu Naannoo fi Biyyaa irrattis hirmaannaan akka godhamu Qajeelfama ni
kenna;

10.1.4. Karooraa fi baajata Mana Maree Ispoortii qoratamee, qophaa’ee dhiyaate ni mirkaneessa; hojii
irra oolmaa isaa ni hordofa, ni to’ata.

10.1.5. Bu’uuraaleen Misooma Ispoortii (Bakka Oolmaa Ispoortii, Akkadaamiiwwan Leenjii Ispoortii
akka Ijaaramuu fi kunuunfamu ni murteessa;

10.1.6. Qajeelfamni fi Imaammatni Ispoortii hojii irra akka oolu ni hordofa;


10.1.7. Koree Ooditii Mana Mareee Ispoortii Oromiyaa ni dhaaba;
10.1.8. Gabaasa waggaa koree Ooditii Mana Marichaa ni dhaggeeffata;
10.1.9. Waldaalen Ispoortii adda addaa akka dhaabbatn ni godha;
10.1.10. Maqaa Mana Mareee Ispoortii Oromiyaatin Lak. Herreega baankii akka banamu ni taasisa;
10.1.11. Maallaqaa fi qabeenya Mana Mareee Ispoortii Oromiyaa seeraan buluu isaa ni
mirkaneeffata;
10.1.12. Godinaalee, Bul. Magaaloota, Aanaalee fi Gandoota irratti Manneen Mareee Ispoortii akka
Hundaa’anii fi ciman ni godha;
10.1.13. Qooda Maallaqaa keewwata 7(1) b. jalatti ibsame akkaataa Qajeelfamaa Sassaabbii fi itti
Fayyadama Madda Galii MMIO foyya’ee bahee lakk.3/2015 bahee fi Dambii MMIO foyya’ee
kana irratti hundaa’ee baheen ni bulcha, hojii irra ni oolcha, baajaatni waldaa ummataa
hayyamame hojii irra oluu isaa ni hordofa; ni to’ata.
10.1.14. Naannicha keessatti Ispoortiin akka babal’atu fi dagaaguu gargaarsa barbaachise hundaa ni
godha;
10.1.15. Hirmaannaan ummataa Ispoortii irratti akka cimu ni taasisa.
10.1.16. Maallaqni sochii Ispoortiif barbaachisu akkaataa Qajeelfama Sassaabbii, itti fayyadamaa fi
To’annoo madda galii MMIO lakk.3/2015 foyya’ee baheen (seera qabeessa ta’een) akka
walitti
qabamu ni godha.

10.1.17. Qaamolee Mootummaa yookiin Miti Mootummaa waliin qindaa’uun Hidhannoo fi


Meeshaaleen Ispoortii Naannichaa akka guutamu, Oomishamuu fi raabsamu Waldaalee
Intarpiraayizii Fi Maayikiroo Xixiqqaa fi Abbootii Qabeenyaa ni jajjabeessa;

KEEWWATA 11

11.1. Miseensota Koree Hojii Raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa

Koreen hojiraawwachiiftuu itti waamamin isaa Mana Maeree Ispoortii Oromiyaaf ta’ee Miseensota
armaan gadii ni qabaata.

6
 I/A.Pireezadaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa----------Walitti qabaa

 Sadarkaa I/A Prezidaantii BMNO Qindeessaa Klaastara Hawaasummaa…...I/AW/Qabaa

 Hoggantuu Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa-------------------------Barreessaa

 I/A Biiroo Dargaggoo Fi Ispoortii Oromiyaa---------------------------------Miseensa

 Daayreektara Gurmaa’ina Beekamtii fi Deeggarsa Waldaalee Ispoortii---Miseensa

 Hoogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa---------------------------------------- Mieseensa

 Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa.……………………………...…Miseensa

 Hoogganaa Biiroo Galiiwwan Oromiyaa………………………………….Miseensa

 Hoogganaa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii Oromiyaa…………..Miseensa

 Hoogganaa Biiroo Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafa Oromiyaa………Miseensa

 Hoogganaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa………………..…..……Miseensa

 Daayreektara Barnoota, Leenjii fi Waldorgommii Ispoortii----------------Miseensa

 Daayreektara Faasiliitii Ispoortii -----------------------------------------------Miseensa

 Daayreektara Hirmaanaa Hawaasa Ispoortii ---------------------------------Miseensa

KEEWWATA 12

Aangoo fi Hojii koree Hojii Raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortii Naannoo


Oromiyaa
 Karooraa fi Sagantaa Hojii Ispoortii qopheessee Yaa’ii Mana Mareee Ispoortii Naannootiif
dhiyeessee ni murteesisa;

 Madda Galii Mana Mareee Ispoortii Naannoo qoratee ni dhiyeessa;

 Baajata Dorgommii, leenjii fi Ijaarsa bakka olmaa Ispoortiif Yaa’ii Mana Maree Ispoortii
Naannootiin murtaa’e hojii irra akka oolu ni taasisa.

 Guddina Ispoortii Naannoo keenyaaf waldaalee Ispoortii haala itti dhaabbatan qoratee ni
dhiyeessa.

 Dorgommii Shaampiyoonaa Oromiyaa akka qophaa’u haala ni mijeessa, Dorgommii


shaampiyoonaa Ityoophiyaa irratti bifa Ispoortii adda addaatiin hirmaannaan akka taasifamu
gargaarsa barbaachisu hunda ni godha;

7
 Murtii Yaa’ii Mana Maree Ispoortii Naannoon dabre hojii irra ni olcha;

 Gabaasa raawwii Hojii waggaa Mana Mareee Ispoortii Naannoo ni qopheessa; ni dhiyeessa.

 Asxaa Mana Mareee fi Asxaa Garee Ispoortii Oromiyaa qoratee Mana Maree Ispoortii
Oromiyaatif dhiyeessee ni mirkanneesisa;

 Badhaasa Nama dhuunfaa, garee fi qaamolee adda addaa guddina Ispoortiif gumaacha
ol’aanaa taasisanii akkaataa Qajeelfama Badhaasaa Oromiyaa lakk.2/2014 foyya’ee baheen
bu’uura godhachuun fi murteessun akka kennamu ni taasisa;

 Kaffaltii miidhaa Ispoortiin walqabatee uumame ilaalee ni murteessa;

 Bittaa meeshaalee fi hidhannoo Ispoortii akka guuttamu ni taasisa;

 Bittuu meeshaa fi qabaa/duu meeshaa mana marichaa ni murteessa.

 Hojii dabalataan Manni Maree Ispoortii Naannoon kennamuuf ni raawwata;

 Koreewwan xixiqqaa hojii Ispoortiif barbaachisan ni dhaaba.

KEEWWATA 13
Miseensota Koree Imarjansii Ispoortii Naannoo Oromiyaa
Koreen Imarjansii Ispoortii itti waamamin isaa koree hojiraawwachiiftu Ispoortii
Oromiyaaf ta’ee Miseensota armaan gadii ni qabaata.
 Hoggantuu Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa----------------------------Walitti qabaa
 I/A.Hogganaa Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa-------------------------I/A.Walitti qabaa
 Daayreektara Gurmaa’ina Beekamtii ,Deeggersa Waldaalee Ispoortiioortii.---- Barreessaa
 Daayreektara Barnoota, Leenjii fi Waldorgommii Ispoortii----------------------Miseensa
 Daayreektara Faasiliitii Ispoortii -----------------------------------------------------Miseensa
 Daayreektara Hirmaannaa Hawaasa Ispoortii --------------------------------------Miseensa
 Bakka bu’aa Komishinii Poolisii Oromiyaa---------------------------------------Mieseensa
 Bakka bu’aa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa-----------------------------------------Miseensa
KEEWWATA 14

14.1. Miseensota Mana Maree Ispoortii Godinaa sagaleedhaan

Manni Maree Ispoortii Godinaa Miseensota armaan gadii ni qabaata

 Bulchaa Godinaa ……………………………………………………..…….Dura taa’aa

8
 I/ABulchaa Godinaa ……………………………………………………I/A Dura taa’aa

 I/G Waajiira Ispoortii Godinaa……………………………….…………..….Barreessaa

 I/G Wajjira Dhimma Dubartootaa , Daa’immaniifi Dargaggootaa Godinaa….Miseensa

 I/G Waajjira Pabliik Sarvisiifi Mis.Qabeenya Namaa Godinaa………..….....Miseensa

 Bulchoota Aanaalee/Magaalotaa………………………………………….…...Miseensa

 I/Gaafatamaa Waajjira Barnoota Godinaa…..………………………………..Miseensa

 I/G Waajjira Poolisii Godinaa…………..…………...…………………..……Miseensa

 I/G Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneenii Godinaa………………….…Miseensa

 I/G Waajjira MaallaqaaGodinaa………………………………………..…..…Miseensa

 I/G Waajjira Galiiwwani Godnaa……..…………….…………………….......Miseensa

 I/G Waajjira Daldala Godinaa………….……...…………………….....…..…Miseensa

 I/G Geejiba Godinaa………….……………………………………......….…..Miseensa

 I/G Waajjira Bulchiinsa Manneen Sirreessaa Godinaa…………………….…Miseensa

 I/G Waajjira Bulchiinsaafi Nageenya Godinaa….………….…………….….Miseensa

 Abbootii qabeenyaa Godina keessatti Nama 3……….………………….…...Miseensa

 Pirezidentoota Federeeshinii Ispoortii Godinaa……..………………….…..…Miseensa

 I/G Waajjira Ispoortii Aanaalee……..…….…………………………….…….Miseensa

 Bulchiinsa Aanaalee/Magaalotaa………………………...…………………...Miseensa

 I/Gaafatamaa Waajjira Barnoota Godinaa…………………………………….Miseensa

 I/G Waajjira Poolisii Godinaa………………………..…………………..…..Miseensa

 I/G Waajjira Misooma Magaalaafi Manneenii Godinaa……………..……...Miseensa

 I/G Waajjira Maallaqaa Godinaa………………………………………...…...Miseensa

 I/G Waajjira Galiiwwani Godnaa……..……………………………………....Miseensa

 I/G Waajjira Daldala Godinaa…………………..……….……………………Miseensa

 I/G Geejiba Godinaa…………………………………………………………..Miseensa

 I/G Waajjira Bulchiinsa Manneen Sirreessaa Godinaa……….………..……..Miseensa

9
 I/G Waajjira Bulchiinsaafi Nageenya Godinaa………………………………Miseensa

 Abbootii qabeenyaa Godina keessatti Nama 3……………………………….Miseensa

 Pirezidentoota Federeeshinii Ispoortii Godinaa…….…………………….…..Miseensa

 I/G Waajjira Ispoortii Aanaalee………………….………………………..….Miseensa

 Dursa Garee Gurmaa’ina Beekamtii, Deeggarsa WaldaaleeIspoortiioortii…..Miseensa

 Dursaa Garee Faasiliitii fi Ispoortii Hundaa………….……………………….Miseensa

 Dursaa Garee Barnoota Leenjii fi waldorgommii Ispoortii…………………..Miseensa

 Dursaa Garee Hirmaannaa Hawaasa Ispoortii………………………………...Miseensa

14.2. Miseensota Mana Maree Ispoortii Godinaa Sagalee Malee

 Abbaa Herregaa MMI Godinaa

 Maallaqa Qabaa MMI Godinaa

 Federeeshinoota Ispoortii Godinaa

 Diinii Univarsitii

 Abbootti Qabeenyaa beebekamoo

14.3. Waa’ee kenna sagalee

 Miseensonni yaa’ii mana maree sagalee walqixa qabu.

 Murteen koree hoj raawwachiiftuu mana maree Ispoortiioortiioortin kan mirkanaa’u


garaagarummaa sagaleetin ta’ee sagaleen argame walqixa yoo ta’e sagalee walitti qabaan
kennuun murtaa’a.

KEEWWATA 15

15.1. Aangoo fi Gahee Hojii Mana Maree Ispoortii Godinaa:

 Ispoortii Godinicha keessatti gaggeefamu ilaalchisee qajeelfama ni kenna.

 Gabaasa hojii oodiitii ni dhaggeefata; ni gamagama ni to’ata;

 Karoora fi baajata ilaalee ni mirkaneessa;

 Madda galii qoratamee dhihaate ni mirkaneessa;

 Godinicha keessatti shaampiyoonaa adda addaa akka adeemsiisamuf Shaampiyoonaa


Oromiyaa irrattis hirmaanaan akka godhamu Qajeelfama ni kenna;

10
 Godinicha keessatti leenjiin Ispoortii akka dagaagu ni godha;

 Bakki olmaa Ispoortii akka hojatamu fi kan jiru akka kunuunfamu ni taasisa;

 Aanoota keessatti Mannii Maree Ispoortii akka cimu ni godha;.

 Gabaasa Mana Mare Ispoortii Naannoof ni dhiyeessa;

 Koree Oodiitii Godinaa ni dhaaba;

 Qajeelfama badhaasaa Oromiyaa lakk.2/2015 foyya’ee bahee bu’uura godhachuun akkaataa


kennaa badhaasaa, Ispoorteessitootaa, kenna tajaajiltootaa fi ogeessota Ispoortii ni
murteessa;

 Qajeelfama Sassaabbii fi itti fayyadama madda galii MMIO Lakk.3/2015 foyya’ee bahee
bu’uura godhachuun kanfaltii fi baasii Ispoortiioortiioorteessitootaa, kenna tajaajiltootaa fi
ogeessota Ispoortii ni murteessa;

 Hojii biroo kan Manni Maree Ispoortii Naannoo kennuuf ni raawwata.

KEEWWATA 16
Miseensota Koree Hoji Raawwachiiftuu Ispoortii Godinaa.
Miseensonni Koree Hojii Raawwachiiftuu Godinaa Itti Waamamni isaanii Mana Maree Godinaaf
ta’ee, Miseensota armaan Gadii ni Qabaata.

 I/A Bulchaa Godinaa -------------------------------------------------------------------Walitti qabaa

 Itti gaafatamaa waajjira Ispoortii godinaa--------------------------------------------I/A Walitti qabaa

 Dursaa Garee Gurmaa’ina Beekamtii, Deeggarsaa WaldaaleeIspoortiioortii----Barreessaa

 Itti gaafatamaa waajjira barnoota godinaa--------------------------------------------Miseensa

 Itti gaafat. waajjira Dhimma Dubar.,Daa’im.fi Dargaggoo Godinaa….……..Mieseensa

 Itti gaafat. waajjira Maallaqaa Godinaa.…..……………………….…………Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Galiiwwan Godinaa……………………….……..….Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Misooma Mag.fi Manneenii Godinaa.………………Miseensa

 Itti gaafata. waajjira Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa Godinaa…………...Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Eegumsa Fayyaa Godinaa…….………........……….Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira poolisii Godinaa……………………………………. Miseensa

 Dursaa Garee Barnoota Leenjii fi Waldorgommii Ispoortii----------------------Miseensa

11
 Dursaa Garee Faasiliitii Ispoortii ----------------------------------------------------Miseensa

 Dursaa Garee Hirmaannaa Hawaasa Ispoortii--------------------------------------Miseensa

KEEWWATA 17

Aangoo fi gahee Hojii Koree Hojii Raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortii Godinaa.
 Karooraa, sagantaa fi baajata hojii qopheessee Mana Maree Ispoortii Godinaatif ni dhiyeesa, ni
mirkaneesisa.

 Madda galii qoratee Mana Maree Ispoortii Godinichaatiif ni dhiyeessa.

 Shaampiyoonaa Ispoortii Godinichaa ni qopheessa; kan naannoo irratti ni hirmaata.

 Dirreen Oolmaa Ispoortii akka hojjetamu, babal’atuu fi kunuunfamu ni godha, ni hordofa.

 Baajata Godinichaa Mana Maree Ispoortitiin murtaaye hojii irra ni oolcha.

 Murtii Manni Mare Ispoortii Godinaa dabarsu hojii irraa ni olchaa.

 Gabaasa Mana Marichaatiif ni dhiyeessa.

 Koree xixiqqaa hojii Ispoortiif barbaachisan ni dhaaba.

 Hojii biroo Manni Maree Ispoortii Godinichaa kennuuf ni raawwata.

KEEWWATA 18
18.1. Miseensota Mana Maree Ispoortii Magaalota Sadarkaa Hundaa Sagaleedhaan
Manni Maree Ispoortii Magaalotaa Miseensota armaan gadii ni qabaata.
 Kantibaa Bulchiinsa Magaalaa…………..……………………….…..…….…Dura taa’aa

 I/AKantibaa Bulchiinsa Magaalaa…………..……………………….…..……I/Adura taa’aa

 I/G Waajjira Ispoortii……………………….……….…………………….Barreessaa

 I/G Wajjira Dhimma Dubartootaa,daa’imanii fi dargaggotaa……………....Miseensa

 I/G WaajjiraPabliik Sarviisii. Misooma Qabeenya Namaa Magaalaa............ Miseensa

 I/G Waajjira Barnootaa…………………………………………………….…Miseensa

 I/G waajjira poolisii Magaalaa….………………..……………………..……..Miseensa

 I/G Waajjira Misooma Interpiraaayiziifi Industirii Magaalaa..........................Miseensa

 I/G Waajjira Misooma Magaalaafi Manneenii……………………………….Miseensa

12
 I/G Waajjira Maallaqaa Magaalaa..……………………………………….…...Miseensa

 I/G Waajjira Galiiwwanii ……………………..……………………………….Miseensa

 I/G Waajjira Daldalaa.………….………………………………………………Miseensa

 I/G Waajjira Misooma Gabaa magaalaa.…………………………..…………...Miseensa

 Dursaalee Garee Ispoortii Afuran Magaalaa………..…………..……......…......Miseensa

 I/G Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenya………………..………………………..Miseensa

 Dura taa’ota Bulchiinsa Gandootaa………..……………..…….......................Miseensa

 Abbootii qabeenyaa Magaala keessaa nama 5…………………………………Miseensa

 Jiraatotta Magaalaa irraa nama 3……………..………..……......…….……….Miseensa

 Pirezidaantota Federeeshinoota Ispoortii Magaalaa………..……..................…Miseensa

18.2. Miseensota Mana Maree Ispoortii Magaalaa Sagalee Malee


 Abbaa Herregaa MMI Magaalaa
 Maallaqa Qabaa MMI Magaalaa
 Federeeshinoota Ispoortii Magaalaa
 Diinii Univarsitii
 Abbootti Qabeenyaa beebekamoo

18.3. Waa’ee kenna sagalee


 Miseensonni yaa’ii mana maree sagalee walqixa qabu,
 Murteen koree hoj raawwachiiftuu mana maree Ispoortiiootin kan mirkanaa’u
garaagarummaa sagaleetin ta’ee sagaleen argame walqixa yoo ta’e sagalee walitti qabaan
kennuun murtaa’a.

KEEWWATA 19
Aangoo Fi Gahee Hojii Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalotaa

 Ispoortii Magaalicha keessatti gaggeefamu ilaalchisee qajeelfama ni kenna.

 Gabaasa hojii odiitii ni dhaggeeffata, ni gamagama ni to’ata.

 Karoora fi baajata ilaalee ni mirkaneessa.

 Madda galii qoratamee dhihaate ni mirkaneessa.

 Magaalicha keessatti shaampiyoonaa adda addaa akka adeemsisamuuf, shaampiyoonaa


Oromiyaa irrattis hirmaanaan akka godhamu qajeelfama ni kenna.

13
 Magaalicha keessatti leenjiin Ispoortii akka dagaagu ni godha.

 Bakki oolmaa Ispoortii akka hojjatamu fi kan jiru akka kunuunfamu ni taasisa.

 Gandoota keessatti Koreen Ispoortii akka cimu ni godha.

 Gabaasa Mana Maree Ispoortii Naannoof/Godinaaf ni dhiyeessu.

 Koree Odiitii Magaalichaa ni dhaaba.

 Qajeelfama badhaasaa Oromiyaa lakk.2/2015 foyya’ee bahee bu’uura godhachuun akkaataa


kennaa badhaasaa, Ispoortiioortiioorteessitootaa, kenna tajaajiltootaa fi ogeessota Ispoortii ni
murteessa;

 Qajeelfama Sassaabbii fi itti fayyadama madda galii MMIO Lakk.3/2015 foyya’ee bahee
bu’uura godhachuun kanfaltii fi baasii Ispoortiioortiioorteessitootaa, kenna tajaajiltootaa fi
ogeessota Ispoortii ni murteessa;

 Hojii biroo kan Manni Maree Ispoortii Naannoo kennuuf ni raawwata

KEEWWATA 20
Miseensota Koree Hojii Raawwachiiftuu Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa.
Miseensonni Koree Hojii raawwachiiftuu Bul. Magaalotaa itti waammamni isaanii Mana Maree
Magaalotaatiif ta’ee, Miseensota armaan gadii ni qabaata.
 I/AKantibaa Bulchiinsa Magaalaa…………………………………………....…Walitti qabaa
 Itti Gaafatamaa Waajjira Ispoortii Bulciinsa Magaalaa………………..……I/AWalitti qabaa
 Dursaa Garee Gurmaa’ina Beekamtii, Deeggarsa WaldaaleeIspoortiioortii……... Barreessaa

 Itti Gaafatamaa Waajjira Barnoota Bulchiinsa Magaalaa……………………....…Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Maallaqaa Bul/ Magaalaa……………………....………..Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Galiiwwan Bul/ Magaalaa ………………..…..………....Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Misooma Magaalaafi Manneenii Bul/Magaalaa………...Miseensa

 Itti gaafat. waajjira Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafa Bul/Magaalaa .…………..Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Eegumsa Fayyaa Bul/ Magaalaa………….........……….Miseensa

 Dursaa Garee Barnoota Leenjii fi Woldorgommii Ispoortii……………….……...Miseensa

 Dursaa Garee Fasiliitii Ispoortii ………………………………………………..…Miseensa

 Dursaa Garee Hirmaannaa Hawaasa Ispoortii ……………………....…………….Miseensa

KEEWWATA 21

14
Aangoo fi gahee Hojii Koree Hoji Raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa
Magaalotaa.

 Karooraa, sagantaa fi baajata hojii qopheessee Mana Maree Ispoortiif ni dhiyeesa, ni


mirkaneesisa.

 Madda galii qoratee Mana Maree Ispoortiif ni dhiyeesa.

 Shaampiyoonaa Ispoortii Magaalichaa ni qopheessa kan Naannoo irratti ni hirmaata,

 Magaalonni itti waamamni isaanii Godinaaf kan ta'e Shaampyoonaa Godinaa irratti ni
hirmaatu,

 Dirreen bakka oolmaa Ispoortii akka hojjetamu, babal’atuu fi kunuunfamu ni taasisa ni


hordofa.

 Baajata Ispoortii Mana Maree Ispoortiin murtaaye hojii irra ni oolcha.

 Murtii Manni Maree Ispoortii Magaalaa dabarsu hojii irra ni oolcha.

 Gabaasa Mana Marichaatiif ni dhiyeesa.

 Koree xixiqqaa hojii Ispoortiif barbaachisan ni dhaaba.

 Hojii biroo Mana Maree Ispoortii magaalichaatin kenanmuuf ni raawwata.

KEEWWATA 22
22.1. Miseensota Mana Maree Ispoortii Aanaa sagaleedhaan
Manni Maree Ispoortii Aanaa Miseensota armaan gadii ni qabaata:
 Bulchaa Aanaa……………………………………………..Dura taa’aa
 I/A Bulchaa Aanaa………………………….……………...I/A Dura taa’aa
 I/G Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii ………………………Barreessaa

 I/G Waajira Dhimma dubartootaa,daa’imaniifi Dargaggoota Aanaa…………....Miseensa

 I/G Waajjira Pabliik Sarviisiifi Misooma Qabeenya Namaa Aanaa..……….…..Miseensa

 I/G Waajjira Maallaqaa Aanaa…..………………………………….……….….Miseensa

 I/G Waajjira Galiiwanii Aanaa…………………..……………….……………..Miseensa

 I/G Waajjira Barnootaa Aanaa…..………………………………….………..…..Miseensa

 I/G Waajjira daldalaa…..…………………………………………….………….Miseensa

 I/G abbaa taaytaa geejiba Aanaa……………......………………….…………....Miseensa

 I/G Waajjira Bulchiinsaafi Nageenya Aanaa…….……………….……………..Miseensa

 I/G Waajjira Poolisii Aanaa………………………..…….………………...……Miseensa


15
 I/G Waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa……………..…………..………………...Miseensa

 Dursaalee Garee Ispoortii Afuran Aanaa…………..…………………....……….Miseensa

 Pirezidaantota Federeeshinoota Ispoortii Aanaa………………..……………....Miseensa

 Hawaasa keessaa kan filaman namoota bebekamoo 2……...………………….Miseensa

 I/G Mana Barumsa sad. 2ffaa Aanaa keessa jiru nama 1……….......…………....Miseensa

 Walitti qabaa Koree Hojii Raawwachiiftuu Ispoortii Gandaa…..……………...Miseensa

 Dura taa’ota koree Ispoortii adda addaa Aanaa……..……………………….....Miseensa

22.2. Miseensota mana maree Ispoortii Aanaa sagalee malee

 Abbaa herregaa MMI aanaa

 Maallaqa qabaa MMI aanaa

 Federeeshinoota Ispoortii aanaa

 Diinii Univarsitii

 Abbootti Qabeenyaa beebekamoo

22.3. Waa’ee kenna sagalee

 Miseensonni yaa’ii mana maree sagalee walqixa qabu,

 Murteen koree hoj raawwachiiftuu mana maree Ispoorteesitootni kan mirkanaa’u


garaagarummaa sagaleetin ta’ee sagaleen argame walqixa yoo ta’e sagalee walitti qabaan
kennuun murtaa’a.

KEEWWATA 24

24.1. Angoo Fi gahee Hojii Mana Maree Ispoortii Aanaa

 Ispoortii Aanaa keessatti gaggeefamu ilaalchisee qajeelfama Manni Maree Ispoortii


Naannootiif Manni Maree Godinaa dabarsu irratti hundaa’ee hojii ni raawwata.

 Karooraa fi baajaata dhiyaatu ilaaluun ni mirkaneessa.

 Aanicha keessatti shaampiyoonaan adda addaa akka adeemisfamuufi shaampiyoonaa


Godina irrattis hirmaanaan akka godhamu ni taasisa.

 Gabaasa hojii fi Odiitii ni dhageeffata, ni gamagama nimirkaneessa.

 Aanaa kessatti leenjiin Ispoortii akka Babalatuu fi dagaagu ni godha; ni jajabeessa.

 Maallaqa Mana Maree Ispoortii hojii Ispoortii qofaaf ooluu isaa ni mirkanneessa.

16
 Gabaasa raawwii hojii Mana Maree Ispoortii Godinaatiif ni dhiyeessa;

 Bakka oolmaa Ispoortii Aanicha keessatti akka babal’atuufi hojjetamu ni godha.

 Koree odiitii Aanaa ni dhaaba.

 Qajeelfama badhaasaa Oromiyaa lakk.2/2015 foyya’ee bahee bu’uura godhachuun


akkaataa kennaa badhaasaa, Ispoortiioortiioorteessitootaa, kenna tajaajiltootaa fi
ogeessota Ispoortii ni murteessa;

 Qajeelfama Sassaabbii fi itti fayyadama madda galii MMIO Lakk.3/2015 foyya’ee bahee
bu’uura godhachuun kanfaltii fi baasii Ispoortiioortiioorteessitootaa, kenna tajaajiltootaa
fi ogeessota Ispoortii ni murteessa;

 Hojii biroo kan Manni Maree Ispoortii Godinaa kennuuf ni raawwata.

KEEWWATA 25

Miseensota Koree Hoji Raawachiiftuu Mana Maree Ispoortii Aanaa

Miseensonni Koree Hoji raawwachiiftuu Aanaa itti waamamin isaanii Mana Maree aanaaf ta’ee;
miseensota armaan gadii ni qabaata.

 I/Abulchaa Aanaa………………………………………….…………………….Walitti qabaa

 Itti gaafatamaa waajjira Ispoortii Aanaa……………………….………………...I/A W. qabaa

 Dursaa Garee Gurmaa’inaa Beekamtii, Deeggarsaa Waldaalee Ispoortii………. Barreessaa

 Itti gaafatamaa waajjira barnoota Aanaa……………………….…………………Miseensa

 Itti gaafata. waajjira Maallaqaa Aanaa....................................................................Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Galiiwwan Aanaa …………………..………….……..Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Poolisii Aanaa………………………………………….Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Misooma Magaalaafi Manneenii Aanaa …………..…..Miseensa

 Itti gaafat. waajjira Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa Aanaa ………….……..Miseensa

 Itti gaafatamaa waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa……………….........................Miseensa

 Dursaa Garee Barnoota Leenjii fi Woldorgommii Ispoortii……………..……....Miseensa

 Dursaa Garee Fasiliitii Ispoortii ………………………………………….….…..Miseensa

 Dursaa Garee Hirmaannaa Hawaasa Ispoortii ……………………….….….……Miseensa

17
KEEWWATA 26

Angoo Fi Gahee Hojii Koree Hojii Raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortii Aanaa

 Karoora hojii qopheese Mana Maree Ispoortii Aanaati ni dhiyeesa.

 Dorgommii Ispoortii Gandoota gidduutti akka gaggeeffaman ni taasisa.

 Madda galii qoratee Mana Maree Ispoortii Aanichaatif ni dhiyeesa.

 Shaampiyoonaa Ispoortii Aanichaa ni qopheesa, kan Godinaa irratti akka hirmaatan ni hojjeta,
wal dorgommii Aanota ollaa waliin ni adeemsisa,

 Dirreen oolmaa Ispoortii akka babal’atu qaama dhimmi ilaalu waliin ta’ee ni hojjeta, akka
eegamu ni taasisa.

 Hirmaanaan Uummataa akka guddatu seeminaara ykn walga’ii ni mijeessa.

 Baajata Ispoortii Aanichaaf ramadame hojii irra ni oolcha.

 Murtii Manni Maree Ispoortii Aanichaa dabarse hojii irra ni oolcha.

 Gabaasa hojii Ispoortii Mana Maree Ispoortii Aanichaatiif ni dhiyeessa.

 Hojii biroo kan Manni Maree Ispoortii Godinaa kennuuf ni raawwata

KEEWWATA 27
Miseensota Mana Mare Ispoortii Gandaa Magaalaa
Manni Maree Ispoortii Ganda Magaalaa Miseensota armaan gadii ni qabaata.

 Bulchaa Gandaa…………………………………………………...Walitti qabaa

 Gurmaa’ina gandaa …………….………………………....….I/A Walitti qabaa

 Bakka bu’aa Ispoortii ………………..……………………….…..…Barreessaa

 Dura teessuu Waldaa dubartootaa……………………………….……..Miseensa

 Bakka bu’oota gareewwanii………………………………………….…Miseensa

 Hojjetoota eksteeshinii IMX irraa nama 1…….……………..……..…..Miseensa

 Daayireektara mana barumsaa 1……………………………..……….…Miseensa

 Ogeessota Ispoortii irraa nama 4………………………………...…..….Miseensa

 I/G bulchiinsaafi nageenya…………………………………..……….…Miseensa

 Abbootii qabeenyaarraa nama 5……………………………….………..Miseensa

18
 Jiraattoota gandaa irraa nama 5……………………….……………..…..Miseensa

 Dura taa’aa Waldaa dargaggootaa…………………………………….…Miseensa

 Dargaggoota IMX ijaaraman nama 5…………………………..……..…Miseensa

 Abbootti Qabeenyaa beebekamoo ……………………….………..……Miseensa

KEEWWATA 28

Angoo Fi Gahee Hojii Mana Maree Ispoortii Ganda Magaalaa


 Karooraa fi baajata Ispoortii qooratee akka hojii irra oolu ni murteessa,
 Danbiiwwanii fi qajeelfamoota Manni Maree Ispoortii Naannoo fi Biiroo Dargaggoo
fIspoortii Oromiyaa tiin bahan hojiirra akka oolan ni godha, ni hordofa, ni too'ata.
 Qajeelfamoota hojii Mana Maree Godinaa fi koree Aanaa irraa gadi bu'an hojiirra ooluu
isaanii ni hordofa,
 Mana Maree keessaa odiitara tokoo fi eggattoota miseensota koree hojiiraawwachiiftuu ni
filata,

 Qajeelfama ittiin bulmaata koree hojii raawachiiftuu ni mirkaneessa raawwii isaas ni hordofa,

 Gabaasa Raawwi hojii koree hojiiraawwachiiftuu fi odiitara ni dhageeffata, ni qoratas,


qajeelfama nikenna,

 Murtiiwwan adabaa koree hojiiraawwachitutiin kennaman ni qorata, barbaachisaa ta'ee yoo


argames dhiifama ni godha,

 Koreen hojiiraawwachiiftuu dirqama isaa Kan hin baane yoo ta'e, walgahii ariifachiisaa
waamudhaan tarkaanfii sirreessaa ni fudhata.

KEEWWATA 29

Miseensota Koree Hoji Raawwachiiftuu Mana Maree Ispoortii Ganda Magaalaa

 Bulchaa Gandaa………………………………………….…….walitti qabaa

 Gurmaa’ina Gandaa………………………..…………….…I/Awalitti qabaa

 Bakka Bu’aa Ispoortii………………………………………..……Barreessa

 Bakka bu’oota gareewwan Ispoortii……………………….………Miseensa

 Hojjetoota eksteeshinii IMX irraa Nama 1………………….….… Miseensa

 Daayireektara Mana Barumsaa 1……………………………..…… Miseensa

19
 Ogeessota Ispoortii irraa Nama 4 ………………………………….. Miseensa

 I/G Bulchiinsaafi Nageenyaa…………………………….…………. Miseensa

 Abbootii qabeenyaa irraa Nama 5……………………..…………… Miseensa

 Jiraattoota Ganda irraa Nama 5…………………..………………… Miseensa

 Dura teessuu Waldaa Dubartootaa ……………………..……………Miseensa

 Dura taa’aa Waldaa Dargaggootaa……………………………….….Miseensa

 Dargaggoota IMX ijaaraman nama 5……………………..……….…Miseensa

KEEWWATA 30

Aangoo fi Gahee Hojii Koree Hojii Raawwachiiftuu Ispoortii Ganda Magaalaa

 Sochiin Ispoortii Ganda keessatti akka babal’atu ni taasisa.

 Dirree Ispoortii Kan jiru tajaajila akka kennu fi haaraas akka hojjatamu ni taasisa.

 Qajeelfamoota Mana Maree Ispoortii Aaanaa irraa kennamuuf hojii irra ni oolcha.

 Bifa Ispoortii adda addaatiin Dorgommii Ispoortii Aanaan qopheessu irratti ni hirmaata.

 Leenjii Ispoortii Aanicha keessatti kenamu irratti Nama ni hirmaachisa.

 Dorgommii Ispoortii Ganda ni gaggeessa ni qopheessa.

 Buusii galii Ispoortii ummata irraa funaanamu seeraan akka Gama Aanaatti galus ni godha.

 Murteewwan yaa’ii waligalaatiin darban hojii irra oluu fi raawwatamu isaanii ni hordofa,ni
raawwata.

 Karoora hojii fi baajata waggaa qopheessee akka raggaasifamuuf yaa’ii waligalatti ni


dhiiyeessa, yoo murtaa'es hojii irra ni oolcha,

 Koreewwan xixiqqo barbachiisaa ta’an yeroof dhaabbatan ni hundeessa, hojii isaanis ni to’ata,
sochii isaani ni qindeessa, yeroo hojii isaanis ni murteessa.

 Qajeelfama ittiin bulmaata korichaa baasuun yaa'iitti dhiyeesuun ni raggaasisaa, yoo raggaa’es
hojiirra ni oolcha,

 Dadhabina hooggansa koree Ispoortii hawaasa Gandatiif dhuunfaanis ta'ee waliin itti
gaafatamummaa ni qabaata,

20
 Miseensoota koree hojii raawwachiiftuu keessaa fedhiin ykn sababa adda addaatiin hojii
korichaa Kan gadi lakkisuu yoo ta'e walga’ii yaa’ii waligalaa osoo hin eegin eeggattoota
keessaa bakka buusuu ni danda’a, yaa’ii waligalaa itti aanuutti dhiyeessee ni mirkaneesisa,

 Koree Ispoortii Aanaa fi koree Ispoortii Ganda dhiheenyatti argaman wajjin akkasumas
Caasaa Ispoortii sadarkaa sadarkaan jiran waliin ta’uun hojii isaa ni raawwata.

KEEWWATA 31

Miseensota Mana Maree Ispoortii Ganda Baadiyyaa

Manni Maree Ispoortii Ganda baadiyyaa Miseensota armaan gadii ni qabaata:

 Bulchaa Gandaa…………………………………………………..….....walitti qabaa

 Maanajara Ganda ………………………….…….…..…………..….I/Awalitti qabaa

 Bakka bu’aa Ispoortii ……………………………………………………..Bareessaa

 Bakka bu’oota gareewwan Ispoortii……………………………………….Miseensa

 Hojjetoota misooma Baadiyyaa……………………………………………Miseensa

 Daayireektara Mana Barumsaa…………………………..………………...Miseensa

 Barsiisaa Guddinaa fi Jabeenya Qaamaa.…………..………………………Miseensa

 Hoj/eksiteeshini Fayyaa …………………………………..…………..……Miseensa

 Qonnaan bultoota beekamoo 5………………………..…………..………...Miseensa

 Bakka Bu’oota barattootaa 5…………………………..……………………Miseensa

 Murteessitoota Gandichaa keessaa 1……………………………………….Miseensa

 Dura teessuu Waldaa dubartootaa …………………………………..….…..Miseensa

 Dura taa’aa Waldaa Dargaggootaa………………………………..………..Miseensa

 Dura taa’aa waldaa qonnaan/horsiisee bulaa…………………..…..……….Miseensa

 Dargaggoota carraa hojii uumameef keessaa nama 5………………..……..Miseensa

 Abbootti Qabeenyaa beebekamoo…………………..……………..……….Miseensa

 Abbootti Amantaa bebekamoo…………………..…..……………….…….Miseensa

KEEWWATA 32

Aangoo Fi Gahee Hojii Mana Maree Ispoortii Ganda Baadiyyaa

21
 Karooraa fi baajata Ispoortii qooratee akka hojii irra oolu ni murteessa,

 Danbiiwwanii fi qajeelfamoota Manni Maree Ispoortii Naannoo fi Biiroo Dargaggoo


fIspoortii Oromiyaa tiin bahan hojiirra akka oolan ni godha, ni hordofa, ni too'ata.

 Qajeelfamoota hojii Mana maree Godinaa fi koree Aanaa irraa gadi bu'an hojii irra ooluu
isaanii ni hordofa,

 Mana Maree keessaa odiitara tokoo fi eggattoota miseensota kore hojiiraawwachiiftuu ni


filata,

 Qajeelfama ittiin bulmaata koree hojii raawachiiftuu ni mirkaneessa raawwii isaas ni hordofa,

 Gabaasa Raawwi hojii koree hojiiraawwachiiftuu fi odiitara ni dhageeffata, ni qoratas,


qajeelfama nikenna,

 Murtiiwwan adabaa koree hojiiraawwachitutiin kennaman ni qorata, barbaachisaa ta'ee yoo


argames dhiifama ni godha,

 Koreen hojiiraawwachiiftuu dirqama isaa kan hin baane yoo ta'e, walgahii ariifachiisaa
waamudhaan tarkaanfii sirreessaa ni fudhata.

KEEWWATA 33

Miseensota Koree Hojii Raawwachiiftuu Ispoortii Ganda Baadiyyaa

Koreen hojii raawwachiiftuu Ispoortii gandaa itti waamamni isaa mana maree gandaaf ta'ee,
miseensota armaan gadii ni qabaata.

 Maanajara Ganda ……………………….……………………………Walitti qabaa

 Gurmaa’ina Ganda……………………………………………………I/AWalitti qabaa

 Bakka bu’aa Ispoortii…………………………………………………Barreessa

 Daarektara Mana Barnootaa ………………………….………………Miseensa

 Hojjataa Misooma Qonnaa keessaa nama 1…………………………..Miseensa

 Barsiiaa jabeenya qaamaa mana barnootaa …………….…….…….. Miseensa

 Hojjataa Ekisteenshinii Fayyaa Ganda……………………………….Miseensa

 I/Gaafatamaa Milishaa Ganda……………………………..…………Miseensa

 Bakka bu’aa jiraataa Gandarraa nama 1…………………….………. Miseensa

KEEWWATA 34

22
Aangoo fi Gahee Hojii Koree Hojii Raawwachiiftuu Ispoortii Ganda Baadiyyaa

 Sochiin Ispoortii ganda keessatti akka babal’atu ni taasisa.

 Dirree Ispoortii kan jiru tajaajila akka kennu fi haaraas akka hojjetamu ni taasisa.

 Qajeelfamoota Mana Maree Ispoortii Aanaa irraa kennamuuf hojiirra ni oolcha.

 Bifa Ispoortii adda addaatin waldorgommii Ispoortii aanaan qopheessurratti ni hirmaata.

 Leenjii Ispoortii aanicha keessatti kenamurratti Nama ni hirmaachisa.

 Waldorgommii Ispoortii Gandaa ni gaggeessa ni qopheessa.

 Buusii uummata irraa funaanamu seeraan akka gahee aanaa akka galus ni godha.

 Murteewwan yaa’ii waligalaatiin darban hojii irra oluu fi raawwatiinsa isaanii ni hordofa, ni
raawwata.

 Karoora hojii fi baajata waggaa qopheesee akka raggasifamuuf yaa’ii waligalatti ni dhiiyesa,
yoo murtaa'es hojii irra ni oolcha,

 Koreewwan xixiqqo barbachiisaa ta’an yeroof ni hundessa, hojii isaanis ni too’ata, sochii
isaani ni qindeessa, yeroo hojii isaniis ni murteessa.

 Qajeelfama ittiin bulmaata korichaa baasuun yaa'itti dhiyeesuun ni raggaasisa, yoo ragaa’es
hojiirra ni oolcha,

 Dadhabina hoggansa koree Ispoortii hawaasa gandaatiif dhuunfaanis ta'ee waliin itti
gaafatamummaa ni qabaata,

 Miseensoota koree hojii rawwachiiftuu keessaa fedhiin ykn sababa adda addaatiin hojii
korichaa kan gadi lakkisuu yoo ta'e walga’ii yaa’ii waligalaa osoo hin eegin eeggattoota
keessaa bakka buusuu ni danda’a, yaa’ii waligalaa itti aanuutti dhiyeessee ni mirkaneesisa,

 Koree Ispoortii aanaa fi koree Ispoortii gandaa dhiheenyatti argaman wajjin akkasumas
Caasaa Biiroo Dargaggoo fIspoortii sadarkaa sadarkaan jirani waliin ta’uun hojii isaa ni
raawwata.

Kutaa Sadii
KEEWWATA 35

Haala madda Galii, Kanfaltii fi Bulchiinsaaf Faayinaansii MMIO

35.1. Madda Galii Mana Maree Ispoortii

23
Manni Maree Ispoortii Madda Galii armaan gaditti ibsaman ni qabaata.

 Galii dorgommii irraa argamu,

 Deegarsa baajataa Mootummaan ramadu.

 Galii bakka oolmaa Ispoortiif iddoo bashananaa irra argamu,

 Galii Ispoortiioortiioonsaraa fi beeksisaa irra argamu,

 Galii gargaarsa irra argamu,

 Galii buusii Hojjatoota Mootummaa fi uummata irraa ---%walitti qabamu.

 Galii gurgurtaa qaraxxa Oomisha naannoo isaanitti argamuu irraa fi caalbaasii adda addaa irra
argamu fi Kan biroo irraa argamu.

35.2. Kallattii buusii itti funaanamu:

Buusii Mana Maree Ispoortii sadarkaa sadarkaan jiru haala qabatama naannoo isaanii irratti
hundaa’un Qabeenyaa fi Oomisha naannoo isaaniitti argamuu adda addaa irraa hawaasa hunda
hirmaachisuun Madda Galii Mana Maree Ispoortii cimsuun ni danda’ama.

35.3. Bulchiinsa Faayinaansii MMIO

 Manni Maree Ispoortii sadarkaa hundatti jiru lakk. Herreega Baankii mataa isaa ni banata;
maallaqa ni sochoosa.

 Maallaqin Mana Maree Ispoortii Naannoo mallattoo walitti qabaa ykn I/Awalitti qabaa koree
hojii raawachiiftuu fi too’ataa maallaqaa fi qabeenyaa Mana Maree Ispoortiioortiioortitiin
socho’a.

 Mallaqini Mana Maree Ispoortii Godinaa, Magaalaa, Aanaa fi Gandaa mallattoo walitti qabaa
ykn I/Awalitti qabaa koree hojii raawachiiftuu fi too’ataa maallaqaa fi qabeenyaa Mana Maree
Ispoortiioortiioortitiin socho’a.

 Galmeen herreega Mana Maree sanadootaan walitti hidhamee eegamuu qaba.

 Manni Maree Ispoortii kamiiyyuu galmeewwan herreegaa yoo xiqqaate waggaatti yeroo lama
Oodiitii taasisuu qaba.

 Koreen Oodiitii MMI kamiiyyuu herreega Oodiitii taasisee Yaa’ii Mana Mareetiif gabaasa
gochuu qaba.

 Galiiwwan Mana Maree Ispoortii argamuu qaban hundi herreega Baankii Mana Marichaatti
galuu qabu.

Kutaa Afur

24
Tumaalee Adda Addaa
KEEWWATA 36

36.1. Sirna Walga’ii Mana Maree Fi Koree Hojii Raawwachiiftuu Ispoortii

 Walgahiin Mana Maree Naannoo, Godinaa, Magaalaa, Aanaa fi gandaa waggaatti al lama
ta’a. Haata’u malee, dura taa’aan ykn miseensoonni harki caalu yoo gaafatan yeroo lama
caalaa walgahuun ni danda’ama.

 Walgahiin koree hojii raawwachiiftuu Naannoo, Godinaa, Magaalaa, Aanaa fi gandaa ji’a
Sadi sadiin ta’a. Haa ta’u malee, dura taa’aan ykn miseensoonni harki caalu yoo gaafatan
Sanaa gaditti walgahuun ni danda’ama.

 Walgahiin Mana Maree ykn koree hojii raawwachiftuu miseensoota keessaa harki caalu yoo
argaman ni gaggeefama.

 Walgahiin Mana Maree ykn koree hojii raawwachiiftuu irratti dhimmi dhihaate sagalee
caaluun murtee argata. Yoo sagaleen walqixa taa’e kan dura taa’aan deegeretu fudhatama.

 Walgahiin Mana Maree Naannoo hanga Gandaatti waggaatti al lama ta'a. Yaa ta'u malee,
miseensota keessa harka sadi keessaa harki lama yoo gaafatan walgahii hatattamaa
gaggeeffamuu ni danda'a.

 Walgahiin koree hoji raawwachiiftuu Ispoortii Naannoo hanga Gandaa yoo xinnate ji'atti al
tokko ni gaggeeffama .Yaa ta'u malee, dhimmi ariifachiisan yoo quunname walgahii
ariifachiisaan waammamuu ni danda'a.

KEEWWATA 37

37.1. Haala Miseensi Mana Maree Ykn Koree Hoji Raawwachiiftuu Miseensummaa Irraa
Haqamu.

 Miseensi Mana Maree ykn koree hojii raawwachiiftu haala armaan gadittiin hojii
Irraa ka’uu ni danda’u.
 Hojii itti ramadamerraa yoo jijjirame ykn qaama bakka buusen yoo haqame.
 Gocha imaammataa fi qajeelfama Ispoortiin Kan walfaallessu yoo raawwatee itti mirkanaaye.
 Dambii ittin bulmata MMI Kan hin kabajne yoo ta’e.

Dirqama Deeggarsa Kennuu

 Dambii kana ykn qajeelfamni Dambii kana irratti hundaayee bahu hojii irra oolchuuf qaamni
Mootummaa kamiiyyuu deeggarsa barbaachisa ta’e kennuu qaba.

25
KEEWWATA 38

38.1. Seerota Raawwatinsa Hin qabaane

 Dambii Lakk. 6/2015 kana ykn qajeelfamni ykn haalli hojii Dambii kanaan wal-faalleessu
kamiiyyuu dhimmoota Dambii kana keessatti ibsaman irratti raawwatiinsa hin qabaatu.

KEEWWATA 39
Aangoo Qajeelfama Baasuu

 Dambii kana hojii irra oolchuuf Manni Maree Ispoortii ykn Manni Maree Bulchiinsa
Mootummaa Naannoo Oromiyaa ykn Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa qajeelfama
barbaachisaa ta'e baasuu ni danda'a.

KEEWWATA 40
Dambichii Yeroo Hojiirra Oolu

 Dambiin Kun Ebla 18/2015 Manni Maree Ispoortii Oromiyaa raggaasise irraa kaasee hojii
irra ni oola.

OBBO SHIMALLIS ABDIISAA

PIREEZIDAANTII BULCHIINSA MOOTUMMA NAANNOO OROMIYAA FI

WALITTI QABAA MMIO

26

You might also like