You are on page 1of 28

Karoora ka`umsaa IFH bara 2011 Ejensii Insuraansii Fayyaa

Itiyoophiyaa Damee Sabbataatiin Qopha`e

Hagaya/2010 A.L.E.

Finfinnee

Baafata Fuula
Seensa.........................................................................................................................................................3
Haala Waligalaa...........................................................................................................................................4
1. Mul’ata, Ergamaa fi duudhalee Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa..........................................................5
Gamagama raawwi karoora bara 2010........................................................................................................5
Hojiile Gurguddoo Bara 2011 hojjataman...................................................................................................6
Xinxallii kunis akkaataa gabateewwaan armaan gadii keessaatti ibsamaniru..............................................7
Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimoo’aa (Strategic Focus Area)........................................................................13
Maappii Tarsiimoo’aa(Strategic Map).......................................................................................................15
Kallattiiwwan madaallii (Strategic Perspectives).......................................................................................15
Kaayyolee Tarsima’aa................................................................................................................................16
Kaayyolee Tarsima’aa................................................................................................................................17
Manii fi Hojii gurguddoo........................................................................................................................17

Action Plan/Yeroo raawwi hojichaa Fedhii bajata raawachiistuu fi bu`uraasaa........................................24


Karoora IFH Gandaan................................................................................................................................30
Seensa
Akka naannoo keenyattii Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa karoora karoora guddina fi
Tiraansiiformeeshiin lamaffaa (2008-2012) damee Fayyaa keessatii kaayyowan misooma
fayyaatiin hammataman dhugoomsun akka guutuu biyyaatti Karoora itti fayyadama
tajaajila fayya hawaasa hunda fayyadama godhu mirkaneessun Tajaajila fayyaa qulqullinaa
isaa eeggatee hundaaf qaqqabamaa fi haqa qabeessa tahee keennuu keessatti Inshuraansiin
Fayyaa Hawaasaa (IFH) shoorri inni taphatu olaanaa fi fayyadaamummaa hawaasaa
mirkaneessuu keessattis gaheen inni qabu iddoo guddaa kan qabu dha.

Sagantan kun karoora guddiina fi tiraansformashiini 2ffaa keessaatti akka biyyaatti hojii
ijoo fi xiyyeeffannooo guddaa argaate yommuu tahuu, akkasumaas aanaalee tiraansformii
gochuf akka hojii ijoo tokkootti kan qabaamee waan taheef aanaan keenyas bara baajata
2011 kana keessatti hawaasa keenya fayyadama taasisuf saganta IFH cimsuun gandooleen
aanaa keenya keessatti argaman hundu uwwisa miseensa IFH bara 2010 jirurraa gara
%100tti olguddisuuf akkasumas miseensota WE osoo hinargatin hafan adda baaasun WE
argachuu akka danda`an taasissun uwwisa amma jirurra gara %100tiin gahuudhaan itti
fayyadama tajaajila fayyaa fooyyessuudha.

Haaluma Dhabani IFH Aanaa keenyas kan hubaachudhaan karoora akka dhabatichaati
raawwii hojii bara 2010 gidduu galeesa godhaachudhaan akkasumas karoora WEFA
qopheefatee fi Ejeensii Ishuraansii Fayyaaa Itiyoophiyaa Damee Sabbataa qopheessee
ka’umsaa godhaachudhan karooraa qinda’aa fi hirmaachiisaa tahee haala armaan gadin
kan bara 2011 qopheesine jira.
1. Haala Waligalaa

Baay’ina uummataa bara 2011 Waliigala….

 Dhiira ……

 Dubara…........

 Jiraattota Baadiyyaa..

 Jiraattota Magaalaa..

Dhaabbilee Fayyaa

1. Kan mootummaa(Government):

 Hospitaala -----------------)

 Buufataalee fayyaa------

 Keellaa fayyaa -------------

2. Kan dhaabbatoota mit-mootummaa(NGOs)

 Hospitaaloota---------

 Buufataalee fayyaa---

3. Kan dhaabbata misooma mootumma adda addaa(OGO):

 Hospitaaloota--------- fiBuufataalee fayyaa --

Dhaabbilee Fayyaa dhuunfaa

 Hospitaloota...........................................

 Kiliniikoota sadarkaa adda addaa...........

 Manneen qorichaa sadarkaa adda addaa.....

 Waliin gahiinsa tajaajila fayyaa Buufata fayyyaan -----

 Waliin gahiinsa tajaajila fayyaa keellaa fayyaan %.... gahee jira


2. Mul’ata, Ergamaa fi duudhalee Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa

Mul’ata (Vision)
 Uummata Aanichaa hundi bara Tajaajila Ishuraansii fayya hawaasaa haqaa
qabeessa, fi ittifufinsaa qabu irra fayyadama ta’e argu.
Ergama (Mission)
 Sirna Inshuraaansii fayyaa hawaasaa ga’umsa, qulqulinaa fi safisaa ta’ee diriirsun,
busii miseensaa irra walitti qabuu fi bulchun tajaajilaa fayyaa hundaa hammate,
dhaaqabama fi qulqullina qabu ittifufinsaan lammii hundaaf kennamu isaa
mirkaneessuu.
Duudhaalee (Core Values)
 Tajaajila fedhii maammilaa giddu-galeessa godhate kennuu
 Iftoomina
 Itti gaafatamummaa
 Qindoominaan hojjechuu
 Al-loogummaaa
 Jijjiiramaaf qophaa’uu
 Iccitii eeguu

Gamagama raawwi karoora bara 2010


 Sochii hawaasa fi hubannoo uumudhan walqabatee
 Horannaa Miseensaa fi Haaromsaan walqabatee
 Qophiifi raabsaa waraqaa Eenyummaatiin walqabatee፣
 Maallaqaa sassabuu fi baankitti galichuudhaan walqabatee
 Ragaawwan Faayinaansii fi sanadoota oodiitiidhaafi akka mijaatufi oodiiti akka
ta`u gochuun walqabatee፣
 Haala qabiinsa ragaa fi gabaasattin walqabatee፣
Hojiile Gurguddoo Bara 2011 hojjachuuf Karoorfaman
 Ijaarsa hundatti fayyadamuudhan hojii hawaasa sochoosuu fi hubannoo
uumuu cimsuu፣
 Hojii galmee fi haaromsaa cimsuun Uwisa miseensumaa IFH ol guddisu
 Hojii buusii walitti qabuu cimsuudhaan maallaqni sassabamu guutumaa
guututti baankitti akkagalii ta`u gochuu
 Hojii kilinikal oodittii cimsuun dhaabbaticha baasii hintaannerra eegufi
tajaajilli qulqulina qabu akka jiraatu gochuu ፣
 Miseensi tajaajila guutu akka argatu dhaabbilee fayyaa mootummaatin ala
dhaabbilee dhuunfaa adda addaa (labiratoorii፣ faarmaasii akkasumas
fannoo diimaa፣ faarmaasii magaala kkfk) waligaltee uumuu፣
 Gaafii kaffaltii tajaajila fayyaa dhaabbilee fayyaa iraa dhiyaatu
mirkaneessun yeron kaffaltii raawwachuu
 Walgayiin boordii fi Yaa`ii waligalaa yeroo isaa eeggate akka raawwatu
gochuu
 Sirna qabiinsa raga fi gabaasaa fooyyessuu
Xinxallii kunis akkaataa gabateewwaan armaan gadii keessaatti ibsamaniru .

Ciminoota (Strengths) Hanqinoota (Weakness)

1.Caaseefama 1.Caasseefama
- Caasan IFH` sadarkaa - Caasfamnii IFH sadarka Naannoo irra kaasee seektarichaa keessa
naannoo irraa hanga haa jiratu malee ergama IFH hubate galman gahuu dhabuu.
Aanaalee jirachuu isaa. - Caasan dirirree haa jiratu malee humna nama barbaachiisuu
guutachuu dhabu. (keessatu sadarka Godinaa fi Aanaaleetti)
2.Sirna Hojimaata 2.Sirna Hojimaata
- Qajeelfamoota hojiraa olmaa - Seera qajeelfamootaa IFH bahaan kana ittin raawwataman haala
IFH garggaaran qopha’aani barbaadamaaniin jirachuu dhiisuu(no legal framework)
jirachuu isaani. - Seera manuuwaalootni IFH bahaan ittiin raawwatamu jirachuu
- Manuuwaalooni hojiira olmaa dhabuu.
IFH adda addaa jiraachuu 3.Tarsiimoo
danda’uu - Tarsiimoon kommunikeeshennii jirachuu dhabu.
3.Tarsiimoo
- IFH tarsiimoon waggaa 5
qabaachuu
4. Haala Faayinaansii

4.Haala Faayinaansii - Baajataa hojii IFH barbaachiisu sadarka hundatti ramadamuu


- Hanga danda’aama ta’eetti dhabu.
Aanaalee IFH hundumaaf - Haalii itti fayyaadama faayyinaansii xiqqaa ta’u
baajata HQ qoodamuu - Aanaalee baayyeen maallaqaa gudda yaa sochooson malee ittii
danda’uu fayyaadamuu irratti dadhaabnii jiraachuu.(bankii keessaa
- Aanaalee dhabbata IFH kuufamee jirachuu)
hundeessan baayyeen isaanii - Odiitiin yeroo isaa eegatee gaggeefamuu dhabu.
maallaqaa gudda sochosuu - Buusiin yeroon sassabamu bankiittii gali gochu dhabu
”mobilize” gochuun gara
bankiitti akka galuu taasiisuu 5.Bulchiinsaa fi gaggeessuuma(leadership & governance)

5.Bulchiinsa fi gaggeesuuma - Hubannoon gaggeesistootni IFH irratti qaban xiqqaa ta’u


(leadership & governance) - Gaggeesistootni sadarka sadarkaan jiran haala walfakkatuun
- Sadarkaa tokko tokko irraatti
jijjiiramaaf qophii ta’u dhabu
bulchiinsii hirmachiisaa ta’ee
jiraachuu isaa, 6.Haala qabinsa ragaa
6.Haala qabinsa ragaa
 Sirna ragaa bu’uuraa ittin sasaabuuf uunkaaleen qophaa’ani jiran
- Sirni qabinsaa fi itti
kanaatti sirritti fayyadamuu dhabu.
fayyaadama ragaatiif
jedhamee uunkaalee adda  Ragaa barbaachiisa ta’aan gara uunkaalee qophaa’anitti guutuman
addaa kan qopha’ee jiru isaa. guututti yeroon galchuu fi qaama ilaalatuuf ergu dhabu.
Ragaa bu’uur IFH sadarka
sadarkaan hojii ittin
hoogganaanii fi gabaasa ittin - Hanqinaa dandeetti ragaa qabaachuu fi xinxaalan gabaasa dhiyyeesuu
sassaaban dirrirree jirachuu dadhabu balinaan kan jiru ta’u.
isaa
7. Humna Nama 7.Humna Nama

o Caasaa humna namaa dhaabbata o Akkaataa istaandaardii ogummaa taa’een humna namaa dhaabbilee
IFH akkaataa barbaachiisummaa fayyaa keessatti guuttachuu dadhabuu,
isaatiin diriirsuun akka guutaman
o kkaataa istaandaardii ogummaa taa’een humna namaa dhaabbata IFH
gochuu yaalu,
keessatti guuttachuu dadhabuu,
o Hanqinoota dandeettii fi gahuumsa ogeessotaa rammadamani sadarkaa
sadarkaan jirachu
o Sadarkaa barnoota hojjetoota IFH haala barbaadameen fooyyessuu
dadhabuu,
o Ogeessotaa fi gaggeessitoota sadarkaa sadarkaan jiran biratti hanqinni
humna raawwachiisummaa sagantaa IFH kan jiru ta’uu isaa,
o Hojjetootni IFH hojii gadi-lakkisuu fi sababa isaa gadi fageenyaan
qorachuu dadhabuu,
o Sirni onnachiiftuu hojjetoota IFH tiif jiraachu dhabuu
Carraa(Opportunities) Sodaa (threat)

Gamaa Siyaasan

- Sagantaa IFH kan deeggaruu Imaammani fayyaa gaariin - Qammini siyaasa sadarka sadarkaan
jirachu jiru IFH abbumman fudhate haala
- Xiyyeefana Mootumman seektaraa hawaasuumaf kennaa walfakkatuun hojiraa olchu dadhabuu.
jirachuu isa - Qajeelfama hojiraa olmaa IFH fi
- Riiformiin kenninsaa tajaajila fayyaa qopha’ee ittin manuwwaaliin raawwii hojii haala
hojjetama Jirachu isaa (HCF,BSC,Health care quality walfakkatuun hubatamuufi hojiraa
startegy) oluu dhabu.
- Tajaajila fayyaa hunda ga’eessa /dhaqqabama (Universal - Qophii dhabbilee fayyaa fedhii
health coverage)KGT keessaatti hammatame raawwatama miseensaa IFH wali simuu dhabun
jirachu isa. Amantan hawaasa xiqqachu.
- Rayyaan fayyaa seektaraa fayyaa keessaatti ijaarammee
jirachu isa.
Gama Hawaasummaa Gama Hawaasummaa
- Aadaa walgarggaarsaa hawaasaa giddu jiru kan akka - Ragaaleen IFH ilaalchiisee ummata
idirii, iqubee fi KKF jiraachu isaa. Kunis aadaa irraa dhufan guutuu fi qulqulluu ta’u
waldegaruu hawwaasa giddu jiru kan cimuu ta’u isaa dhabuun tajaajila hawwaasni argatuu
- Waliga’iinsii fi baayyinni dhaabbiilee fayyaa dabala irraattii amantaan xiqqaachu.
jirachuu isa - Tajaajilli fayyaa dhaabbilee fayyaa
- Dhiiyeesii humna oggeessa fayyaa dabalaa jirachuu isa. keessatti hawaasaaf keennamu fedhii
- Hubannoo hawaasni fayyaa irraatti qabuu dabaluu fi itti hawaasa waliin kan hin madaalle fi
fayyadamani tajaajila fayyaa dabalaa jirachuu isa. qulqullina isaa kan hin eeggane ta’u
isaa.
- Dhabbileen fayyaa tajaajila guutuu
kennuu dhabu isaani (qorricha,Lab,X-
ray KKF.)
- IFH irraatti humni nama oggumma
kana irraatti baratee sadarka
hundarraati gahaa ta’u dhabu.
- Hawaasa keessaatti bulchaa maatii
tokkoo jalaattii fayyaadamtootni
baayyachuu isaanii.
- Tajaajila fayyaa seeran alaa (Moral
hazareds) miseensoootan
fayyaadamuu jira.
Gama Dinagdee - Hawaasni ballaan naannoo keenyaa
-Gudinni dinagadee arriifataan galmahaa jirachu isaa. baayinaan dinagdee dhabbataa
- Sirnii gibiraatiif taksii waltti qabuu foyyaa’aa dhufu isa. hintannee irraatti boba’ee jirachuu
- KGT biyyaa keenyaa kan hiyyuuma hirrisuu irraattii - Baayyinni ummata naannoo keenyaa
xiyyeefate hojjatamaa ta’u isa. guddina dinagdee jiru waliin kan walii
- Dhaqqabamuummaa dhaabbilee faayinaansii babaalcha hinsimnee ta’u isa
dhufu isaanii - Dhaabbileen tajaajila fayyaa kennaa
jiran tajaajila fayyaa hinmalee kenuun
baasii dabaluu (Moral Hazard)
- Iddoo tokko tokkootti honiggeen
mulachuun ummaani miseensaa IFH
akka hintannee dhibba ummuu.
- Bu’uurii misooma dhaabbilee faayya
kan akka Ibsaa,Bishaani fi KKF bakka
hundaatti guuttamu dhabu.
- Deggarsii arjoomtoota yeroodha gara
yeroottii hirachaa deemu isaa.
- Baasiin tajaajila fayyaa yeroo dha gara
yerootti dabalaa deemu isaa.

Gama Teeknoolojii

- Imaammatni xiyyeeffannoo teknoolojjii odeefannoo - Hawaasni teeknoolojii oddeefannoo


(information techanology) kennu jirachu isaa. hammayaa fayyyadamuu irraattii
- Meeshaaleen hammayaa tajaajila fayyaa kennaan gudacha hubaannoo fi dandeetti gahaa dhabuu.
dhufu. - Humni nama meeshaaalee yaala
- Tajaajilii bilbilaa moobayilii sadarka baadiyaatti babalcha hammayaa ta’een itti fayyadamuu
dhufu isa sadarka sadrkaan dhabbilee fayyaa
- Midiiyaan Eleektroniikis balinaan gudacha dhufuu keesaa jiru gahaa ta’u dhabu.
- Meeshalee fayyaa hammayaa ta’aan
dhaabbilee fayyaa sadarkaa sadarkaan
jiran keesaatti guutamu dhabuu
- Dhiiyyeesiin tajaajila teknoolojii
fayyaa cicciita ta’u
3. Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimoo’aa (Strategic Focus Area)
 Toora xiyyeeffannoo addaan baasuun raawwii isaatiifis tattaaffii cimaa
gochuun dhimma murteessadha. Haaluma kanaan karoora guddinaa fi
tiraanisfoormeeshinii galmaan gahuuf hawaasichi sagantaa IFH hojii irraa
oolchuudhaan maallaqa battalatti kiisi isaa keessa baasiin humna oliif osoo hin
saaxilamin tajaajila fayyaa qulqulluu, saffisaa, ittifufiinsa qabu akka argatuu fi
bulchiinsa gaarii mirkaneesuudhaaf toorri xiyyeeffannoo IFH sadii akka
armaan gadiitti dhihatanii jiru. Isaanis:-

 1. Ciminaa Gaggeessa, Bulchiinsa fi Gahumsa dhabbata (Excellence in


Leadership, Gover nace & Institutional capacity)

 2. Sirna IFH itti fufiinsa qabu (Excel in sustainable Heath Insurance)

 3. Quluqullina IFH olaanaa mirkaanessuu (Excel in Quality Assurance)

Bu’aa tarsiimo’aa (Strategic Result)

Lk. Toora xiyyeeffannoo tarsiimo’aa Bu’aa tarsiimo’aa

1 Hoggaansa olaanaa fi ijaarsa Sirna IFH Dandeetti raawwaaachisuma olaanaa qabu


dandeettii (Excellence in
Leadership, Governance &
Institutional capacity)

2 Sirna IFH itti fufiinsa qabu (Excel in Hawaasa Yaaddoo baasii tajaajila fayyaa hir’ateef
sustainable Heath Insurance)

3 Quluqullina olaanaa Itti fayyadamuumaTajaajila fayyaa foyya’aa fi qulqullina


mirkaanessu(Excel in Quality qabu
Assurance)

Ibsa toora Xiyyeeffannoo Tarsiimoo’aa (Strategic Focus Area)

1.Hoggaansa olaanaa fi ijaarsa dandeettii (Excellence in Leadership, Governance & Institutional


capacity)

 Torrii xiyyefffannoon kun sirna IFH haala si’ataa fi ittifufinsa qabuu dirirsuu fi hojii irra
olchuuf human raawwachisummaa cimaa ta’e horachu fi tursisu, sadarkaa addda addaatti
human oggansaa guddisu, meeshaalee hojiichaaf barbaachisan guttachuu, bu’uraalee
misoomaa teknoloojii oddefffannoo cimsuun dhaabbilee sirna IFH keessa fi caasaa
bulchiinsaa haala sirna teeknolojii ammayyaa ta’een (Network) walqunnamsiisu, qabinsa
raga miseensootaa fi sirna kaffaltii tajaajila fayyaa ammayyeessu ni dabalata.
 Bu’a Tarsiimoo:- Sirna IFH Dandeetti raawwaaachisuma olaanaa qabu ni jiraata

2.Sirna IFH iiti fufiinsa qabu (Excel in sustainable Heath Insurance)

 Ibsa ፡- Torri xiyyeeffannoo kun sirna IFH naannoo keenya keessatti diriirsuuf hawaasa
biratti hojiiwwan hubannoo sagantichaa akka gabbatuu, garee hawaasaa galii dhaabbtaa
hin qabne irratti bobba’ani jiraatan hirmaachisuun fayyadamoo IFH akka ta’an taasiisu,
sirna busii IFH haqa qabeessaa ta’ee hojii irra olchu, sirna bittaa tajaajila fayyaa bu’a
qabeessa ta’e hojii irra olchuun tajaajila fayyaa haqa qabessaa fi dhaqabamaa ta’e
mirkaneessuu dabalata. Haluuma kanaan, sirna IFH itti fufinsa qabu mirkaneessuuf
si’aata, baasii xiqeessuu fi soda dursani adda baasuu fi ittisuuf Kan dandessisuu hojimaata
sirrii diriisuu fi hojii irra olchu akkasuumas qoda fudhatoota waliin hojiimaata
qindoominaa qabu diriisuun dhimma xiyyeeffannoo guddaa Kan itti keennamu ta’a.

 Bu’a Tarsiimoo:- Hawaasa Yaaddoo baasii tajaajila fayyaa hir’atee fi sirna IFH itti
fufinsa qabu Ni jiraata.

3. Quluqullina olaanaa mirkaanessu

 Ibsa: - torri xiyyeeffannoon kun fayyadamtootni IFH tajaajila fayyaa qulqullinni isaa
eeggatef dhaqabamaa ta’e waliin kan walqabatudha. Tilmaama kaffaltii tajaajilawwan
fayyaa IFHn hammataman irra deebi’ani ilaalu, dhaabbilee fayyaa hirmaachisuuf qophii
barbaachiisaa ta’e raawwachu, dhabbilee fayyaa waligaltee mallateessan keessatti tajaajila
fayyaa qulqullina qabu kennamuu isaa mirkaneessuuu fi sirna hordoffi fi to’anno diriirsuu
fi hoji irra olchu ni dabalata. Dabalataaniis fayyadamtootni IFH sirna komii ittiin
dhiyeeffatanii fi deebii yeroon itti argatan diriisuun itti qufinsa isaani mirkaneessun toora
xiyyeeffanno kanaati.

 Bu’a Tarsiimoo:- Itti fayyadamuumaaTajaajila fayyaa foyya’aa fi qulqullina qabu ni


jiraata

4. Kaayyolee Tarsima’aa
Kaayyoleen Tarsiimo’aa (strategic objectives) duraan dursee toora xiyyeeffannoo
tarsiimo’aa filataman milkeessuuf kan qophaa’ani fi gara hojiitti jijjiiruuf dandeesisan
gochoota gurguddoodha. Tokkoon tokkoo isaanii toora xiyyeeffannoo tarsiimo’aa fi
kallattii madaallii (perspectives) kaayyoolee tarsiimo’aa ni qabaatu. Kaayyoleen
tarsiimo’aa safaramuu kan danda’amanii fi bu’aalee tarsiimoo mana hojii tokko
milkeessu fi itti fufiinsa kan qaban gochoota fooyya’insaati.
Kanaafuu, toora xiyyeeffannoo tarsiimo’aa galmaan gahuuf kaayyoleen tarsiimo’aa
seektara fayyaa hojiiwwan Bara karoorichaatti hojjetamuu qaban ka’umsa godhachuun
haala armaan gadiitti qophaa’anii jiru

4.1. Kaayyolee Tarsima’aa Aanootaaf adda bahaan

1. Hubannoo hawaasa guddisu

2. Uwisa miseensumaa IFH ol guddisu

3. Dhiyeessii fi Raabsa waraqaa eenuumma guddisuu

4. Sassaabbi buusii galii fi bulchiinsa baasii fooyyessuu

5. Itti fayaadamuma tajaajila fayyaa fooyyessuu

6. Sirna kaffaltii Itti fayaadamuma tajaajila fayyaa fooyyessuu

7. Sirna qabiinsa raga fi gabaasaa fooyyessuu

4.2. Manii fi Hojii gurguddoo

Kaayyo Tarsima’aa 1.Hubannoo hawaasaa guddisuu

Safartuu: - Hawaasa Hunannoo argaate dhibbeentan(%)

Manii

 Caasaa gandaa ________ tiif


 Afoosha ________ tiif፣
 Abbootii amantaa ________ tiif
 Hojjetoota Ekisteenhinii fayyaa ________ tiif hubannoo kennuu፣
Hojiiwwan Hojjetaman

 Ragaawwan garee misoomaa ፣ Afooshaa Gaggeesitoota dhaabbilee amantaa፣


Namoota bebeekkamoo fi hawwasa keessatti fudhatama qaban hanga hagaya bara
2010tti jiran raga isaanii addan baasun qindeessanii qabachuu፣
 Bara bajata kurmaana 1ffaa irratti gaggeesitoota garee sohii hojii hawaasa
dadamaqisuutiif leenjii hojii hawaasa dadamaqsuu kennuu ፣
 Sadaasa bara 2011 fuuldura afoshaalen miseensonni isaanii duursaanii kafaluu
akka danda`an gochuun fakkeenya akka ta`an taasisuu፣
 Hojiin galmee miseensumma bara 2011 osoo hin eegalin Gargaarsa hojii galmee
miseensummaatiif akka oolu hojjetoota ekisteenshinii fayyaatif leenjii kennuu ፣
 Gareen misoomaa torbeetti yerroo tokkoo IFH ajandaa godhatanii akka irratti
haasa`an taasisuu ፣
 Yeroo qophii karooraa hojiin sochiin hawaasafi yeroon galmee miseensaa itti
raawwatu yeroo murtaa`e akka ta`u bulchiinsa aanaa waliin irrati waligaluun
murteessu፣
 Yeroon galmee miseensumma osoo hineegalin dura kaabineen aanaa hundi
sadarkaa gandaatti gadi bu`ee hojii hawaasa sochoosu irratti akka hirmaatan kara
bulchiinsa aanaa kallatiin akka itti kennamu gochuu፣
 Yeroon galmee miseensumma osoo hineegalin dura ogeeyyin fayyaa buufata
fayyaara jiran gooxii itti ramadamanirratti gadi bu`anii hojii hawaasa sochoosu
akka hojjetan taasisuu፣

Kaayyo Tarsima’aa 2. Uwisa miseensumaa IFH ol guddisu

Safartuu:- Uwisaa Miseensa guddatee dhibbeentan

Manii
 Uwwisa horannaa miseensaa %75 olitti gudisuu፣
 Uwwisa haaromsa miseensaa irraa ______gara 80 gudisuu፣
 Walumagalatti Uwwisa miseensaa IFH Aanichaa %75 olitti guddisuu ፣
 Hojiiwwan Hojjetaman

 Hanga Fulbaana 30/ 2011tti lakkoofsaa raga bulchaa maatii aanichaa galmeefi
koompiteteraan qindeessanii qabachuu፣
 Hanga Onkololeessa 30/ 2011tti hojii clallii harka qalleeyyii xumuruu፣
 Hanga sadaasa 30/2011 duursun yaa`in waligala akka adeemsifamu taasisuun
hanqinaa fi cimina akka gamgamamuu gochuun bara 2011 hojii foyya`a hojechun
akka danda`amu kallatti kaa`un ji`a ji`aan raawwii isaa hordofuun ogeeyyin
fayyas akka itti hirmaatan gochuu፣
 Walgayiin boordii waggaatti yeroo 4 kurmaana kurmaanan akka
taasifamugochuu፣
 Bara bajataa 2011 Abban warra hundii yeroo hornna miseensa fi haaromsa akka
beekan gochuu ፣
 Miseensonni kaabinee Aanaa gandoota addan qoodachuun hojii horanna miseensa
fi haaromsa akka adeemsisan gochuu፣bakka bu`oota gooxii adda baasani
qabachuu akkasumas raawwi isaa komandi poostii aanatiin akka gamagamamuu
taasisuu፣
 Caasoleen gandaa gareen misooma fi gaggeessitoonni gurmaa`insa adda addaa
calqaba ji`a haaromsaa fi horannaa miseensaa iratti duursanii akka haaromsaniifi
hawaasa kaanif fakkeenya akka ta`an hojachuu፣
 Bara bajaticha IFH hundeessun dura galmeen miseensotinni irratti galimaa`an
nagaheewan galii fi kaardiwwan waraqaa eenyummaa ittin hojjetaman qophii
gochuu akkasumas gandoota bira akka gahan gochuu፣
 Sadaasa bara 2011 fuuldura miseensota buleeyyii haasofsisun rakkoowwan isaan
muudata turan adda baasun hiikuu፣
Kaayyo Tarsima’aa 3. Dhiyeessii fi Raabsa waraqaa eenuumma guddisuu
Safartuu :- Miseensa Waraqaa enyummaa argaatan dhibbentaan
Manii
 Bakka jiruu ________ irra gara %100tiin gahuu፣

Hojiiwwan hojjataman

 Hanqinni waraqaa Eenyumma akka hin muudanne hojii warqaa eenyumma


maxxansuu bara bajataa 2011 kurmaana1ffaa irratti akka xumuramu hojachuu፣
 Sirnni kenninsa WE ariifachiisaa fi fooyya`a gochuuf muxannoo gaarii aana olla
irraa qoodachuun hojiirra oolchuu FkN IMX adda adda waliin hojachuu፣
 Miseensota haara`af buusin galmee kaffalamee ji`a tokko keessatti WE kennuu፣
 Miseensota buleeyyii WE hinargatin raga isaanii qindeessani sababa WE itti
argachuu dhllsan adda baasun Fuulbaana 30/ 2011 duursun akka hojjetame
xumuramu gochu፣

Kaayyo Tarsima’aa 4. Sassaabbi buusii galii fi bulchiinsa baasii fooyyessuu

Safartuu: -Buusi sassaabame bakkii galee dhibbentaan

Manii

 Bara bajata kana keessa buusii miseenssa fi bajata deegarsaa HQf oolu
dhaabbatichaaf galii ta`e Qr _____ irra gara _____ guddisuu
 Maallaqa walitti qabame %100 gara baankii akka galu gochuu፣

Hojiiwwan hojjataman

 sadaasa 2011 dura nagahee galii qaama buusii funaanu biraan gahuu፣
 Mudde 2011 dura ragaan nagaheen galii raabsamee fi qaama harka jiru
lakkoofsan meeqa akka ta`e qindeessanii qabachuu፣
 Maallaqni sassaabbame baankitti galuu isaa torbee torbeen hordoffii taasisuu
akkasumas silipii baankii /slip bank/ maallaqnii ittiin galii ta`ef naga`ee galii
kutuu፣
 Nagaheen galiin ittiin funaanamu xumuramee paadin isaa torbee tokko keessatti
galii ta`uu akka danda`u hojachuu፣
 Nagheewan galii ji`a ji`an raabsaman irratti maallaqni seeran funnaanamuusaa fi
galii ta`usaa mirkaneessu fi kan galii hintaane yoo jiraate torbee torbeen hordoffi
taasisun akka galii ta`u gochuu፣
 Miseensota HQ ta`aniif bajatnii gahan akka qabamufi yeroon dhaabatichaaf galii
akka taasifamu onkololeessa 2011 dura calalliin HQ xumurame bulichiinsa
aanatiif akka dhiyaatu gochuu ፣ yeroo galii ta`us lakkoofsa HQtiin kan
walmadaalu ta`usaa mirkaneessu ፣
 Hanga Bitootessa 30/2011 nagheewan raabsaman funaananii galii gochu፣
 Bara 2011 galii miseensaa funaaname bu`ura godhachuun gaafii deegarsaa
feederalarra kennamu hanga Ebila 2011 dhiyeefachuun yeroon galii ta`uufi sirrii
ta`uusaa mirkaneessu፣
 Yeroon galmee miseensumma xumurame ji`a tokko keessatti oodittin akka
taasifamu danda`u sanadoota herreega qopheesun akka haalli mijatu gochuu፣
 Argannoowwan oodiiti irratti hundaa`un sirreeffamni akka taasifamu danda`u
kurmaana kurmaanan bulchiinsa aanatiif gabaasa dhiyeessuu

Kaayyo Tarsima’aa 5፡ Itti fayaadamuma tajaajila fayyaa fooyyessuu

Safartu:- Itti fayyaadama tajaajila fayyaa nama dhunfaa dhibbentaan

Manii

 Dhaabbilee tajaajila kennaa Qaama 3ffaa ta`an---------- waliin waligaltee uumuu ፣

Hojiiwwan hojjataman

 Dhaabile fayyaa waligalteen raawwate keessatti Miseensi tajaajila guutu akka


argatu dhaabbilee fayyaa mootummaatin ala dhaabbilee dhuunfaa adda addaa
(labiratoorii፣ faarmaasii akkasumas fannoo diimaa፣ faarmaasii magaala kkfk)
waligaltee uumuu፣
 Dhaabbilee fayyaatti kurmaana kurmaanan waggaatti yeroo 4 kilinikal ooditii
gochuufi argannoosarrati hunda`un sirrefama fudhachuu፣
 Dhaabbilee fayyaa haara`a waligaltee raawwatan irratti ogeessota fayyaatif
kurmaana 1ffaa irrati yeroo tokkof hubannoo akka argatan gochuu፣

Kaayyo Tarsima’aa 6:- Sirna kaffaltii Itti fayaadamuma tajaajila fayyaa fooyyessuu

Safartu:- Kaffaltii dhabbilee fayyaatiif kaffalamee Kurmaanan


Manii፡
 Gaafii kaffaltii tajaajila fayyaa dhaabbilee fayyaa iraa dhiyaatu
mirkaneessun kan kurmaana arfaniitu raawwachuu
Hojiiwwan hojataman

 Dhabbileen fayyaa raga fayadamtoota IFH galmee addaarratti qindeessanii akka


qabatan hordfuu፣
 Dhabbileen fayyaa kaffaltii tajaajila fayyaa ji`an /waggaati yeroo 12/akka
dhiyeessatan gochuu፣
 Dhabbileen fayyaa gaafin kaffaltiin tajaajila fayyaa innaa dhiyaatu sirrumaasa
mirkaneefachuun gaafin kaffalticha dhiyaate kurmaanan waggaatti yeroo 4
kaffaltii raawwachuu፣
 Dhabbilee fayyaa tajaajila kennaa jiran waliin ji`a muddee irratti waligaltee
haromsuu፣
 Dhabbilee fayyaa irratti kurmaana kurmanaan kilinikal ooditti gaggeessudhan
argannoorrati hundaa`un akka sirreefamu gochuu፣

Kaayyo Tarsima’aa 7:- Sirna qabiinsa raga fi ittifayyadama/gabaasaa


fooyyessuu

Safartuu:- Gabaasa yeroo isaa eegate gabaafame dhibbantaan


Manii፡
 Gabaasa guutuu ta`e qindeessun dhiyeessuu፣
 Gabaasa yeroosaa eeggate kan miseensa haara`a fi haaromsa ji`a ji`aan/kan
ji`a 12
 Gabaasa yeroosaa eeggate raga tajaajilama fayyaa 4 dhiyeessuu

Hojiiwwan hojataman

 Ragaa miseensotaa torbee torbeen koompiterati akka galuu gochuun


qindeesanii qabachuu፤
 Ragaa Fayyadamtoota tajaajila fayyaa ji`a ji`aan koompiterati akka galuu
gochuun qindeesanii qabachuu ፣
 Galii miseensotarra funaanameefi raga dhimmoota faayinaansiitiin walqabatu
koompiteraan qindeessanii qabachuu፣
 Ji`a ji`aan gabaasa raga miseensotaafi ajaajilama fayyaa qindeessun
W/E/Fayyaa Aanatiif Qa/F/Godinaatifii E/I/F/ItiYoophiyaa dame sabbataatif
erguu፣
 Dhaabbileen fayyaa ragaa fayyadamtoota IFH qindeessun adda baasanii
koompitera keessatti akka qabatan hordofuu፣
 Dhaabbileen fayyaa tajaajila kennaniif ji`a ji`aan akka dhiyeeffatan hordofuu
Action Plan/Yeroo raawwi hojichaa Fedhii bajata raawachiistuu fi bu`uraasaa
Yeroo itti raawwatamu/Action plan

Lakk Hojii gurguddoo Ha A Fu O Sa Mu A G B E C W


1. Kaayyoo 1. Hubannoo hawaasa guddisu                        
 
Ragaawwan garee misoomaa ፣ Afooshaa Gaggeesitoota dhaabbilee amantaa፣
Namoota bebekkamoo fi hawwasa keessatti fudhatama qaban hanga aanichaa x x                    
1 hagaya bara 2011tti jiran raga isaanii addan baasun qindeessanii qabachuu
Gaggeesitoota gurmaa`insa garee adda addaatiif sochii hojii hawaasa
  x x                  
2 dadamaqisuu hojachuu Akka danda`an leenjii kennuu ፣
Sadaasa bara 2011 fuuldura afoshaalen miseensonni isaanii duursaanii kafaluu
      x x              
3 akka danda`an gochuun fakkeenya akka ta`an taasisuu
Hojiin galmee miseensumma bara 2011 osoo hin eegalin Gargaarsa hojii galmee
  x x x                
4 miseensummaatiif akka oolu hojjetoota ekisteenshinii fayyaatif leenjii kennuu ፣
Gareen misoomaa torbeetti yerroo tokkoo IFH ajandaa godhatanii akka irratti
x x x x x x x x x x x x
5 haasa`an taasisuu ፣
Yeroo qophii karooraa hojiin sochiin hawaasafi yeroon galmee miseensaa itti
raawwatu yeroo murtaa`e akka ta`u bulchiinsa aanaa waliin irrati waligaluun     x                  
6 murteessu፣
Yeroon galmee miseensumma osoo hineegalin dura kaabineen aanaa hundi
sadarkaa gandaatti gadi bu`ee hojii hawaasa sochoosu irratti akka hirmaatan     x                  
7 kara bulchiinsa aanaa kallatiin akka itti kennamu gochuu፣
8 Yeroon galmee miseensumma osoo hineegalin dura ogeeyyin fayyaa buufata     x x x              

fayyaara jiran gooxii itti ramadamanirratti gadi bu`anii hojii hawaasa sochoosu
Yeroo itti raawwatamu/Action plan

Lakk Hojii gurguddoo Ha A Fu O Sa Mu A G B E C W


akka hojjetan taasisuu፣
1. Kaayyoo 2. Uwisa miseensumaa IFH ol guddisu                        
 
Lakkoofsaa ragaa bulchaa maatii Aanichaa galmee fi koompiteraan qindeessanii
    x x x x x x x x    
1 qabachuu፣
2 Hojii harka qalleeyyii xumuruu፣ x x x                  
Hanga sadaasa 30/2011 duursun Yaa`in waligala akka adeemsifamu taasisuun
hanqinaa fi cimina raawwii hojii bara 2010 akka gamgamamuu gochuun bara
    x x x              
2011 hojii foyya`a hojechun akka danda`amu kallatti kaa`un ji`a ji`aan raawwii
3 isaa hordofuu፣
Walgayiin boordii waggaatti yeroo 4 kurmaana kurmaanan akka taasifamu
    x     x     x     x
4 gochuu፣
Abban warra hundii yeroo hornna miseensa fi haaromsa akka beekan gochuu ፣ x x x                  
5
Miseensonni kaabinee Aanaa gandoota addan qoodachuun hojii horanna
miseensa fi haaromsa akka adeemsisan gochuu፣bakka bu`oota gooxii adda
        x x x          
baasani qabachuu akkasumas raawwi isaa komandi poostii aanatiin akka
6 gamagamamuu taasisuu፣
Caasoleen gandaa gareen misooma fi gaggeessitoonni gurmaa`insa adda addaa
calqaba ji`a haaromsaa fi horannaa miseensaa iratti duursanii akka       x              

7 haaromsaniifi hawaasa kaanif fakkeenya akka ta`an hojachuu፣


Bara bajaticha IFH hundeessun dura galmeen miseensotinni irratti galimaa`an
nagaheewan galii fi kaardiwwan waraqaa eenyummaa ittin hojjetaman qophii x x x                  
8 gochuu akkasumas gandoota bira akka gahan gochuu፣
Yeroo itti raawwatamu/Action plan

Lakk Hojii gurguddoo Ha A Fu O Sa Mu A G B E C W


Miseensota buleeyyii haasofsisun rakkoowwan isaan muudataa turan adda
    x                  
9 baasun hiikuu፣
1. Kaayyoo 3. Dhiyeessii fi Raabsa waraqaa eenuumma guddisuu                        
 
1 Hojii warqaa eenyumma maxxansuufi raabsuu hojachuu፣ x x x                  
Sirnni kenninsa WE ariifachiisaa fi fooyya`a gochuuf muxannoo gaarii aana olla
x x x                  
2 irraa qoodachuun hojiirra oolchuu ፣
Miseensota haara`af buusin galmee kaffalamee erga raawwate ji`a tokko
      x x x x x x x    
3 keessatti WE kennuu፣
Miseensota buleeyyii WE hinargatin raga isaanii qindeessani sababa WE itti
x x x x                
4 argachuu dhiisan adda baasun akka hojjetame xumuramu gochu፣
Filannoowan adda addaatti fayyadamuun hojii miseensota footoo kaasisuu
  x x x x x x x        
5 raawwachuu
1. Kaayyoo 4. Sassaabbi buusii galii fi bulchiinsa baasii fooyyessuu                        
 
1 Nagaheen galii baasii ta`e qaama buusii funaanu biraan gahuu፣ x x x                  
nagaheen galii raabsamee fi qaama harka jiru lakkoofsan meeqa akka ta`e
x x x x                
2 ragaasaa qindeessanii qabachuu፣
Maallaqni sassaabbame baankitti galuu isaa torbee torbeen hordoffii taasisuu
akkasumas silipii baankii /bank slip/ maallaqnii ittiin galii ta`ef naga`ee galii       x x x x x x      
3 kutuu፣
Nagaheen galiin ittiin funaanamu xumuramee paadin isaa torbee tokko keessatti
      x x x x x x      
4 galii ta`uu akka danda`u hojachuu፣
Nagheewan galii ji`a ji`an raabsaman irratti maallaqni seeran funnaanamuusaa fi       x x x x x x      
5
Yeroo itti raawwatamu/Action plan

Lakk Hojii gurguddoo Ha A Fu O Sa Mu A G B E C W


galii ta`usaa mirkaneessu fi kan galii hintaane yoo jiraate torbee torbeen
hordoffi taasisun akka galii ta`u gochuu፣
Miseensota HQ ta`aniif bajatnii gahan akka qabamufi yeroon dhaabatichaaf galii
akka taasifamu onkololeessa 2011 dura calalliin HQ xumurame bulichiinsa
  x x                  
aanatiif akka dhiyaatu gochuu ፣ yeroo galii ta`us lakkoofsa HQtiin kan
6 walmadaalu ta`usaa mirkaneessu ፣
Hanga Bitootessa 30/2011 nagheewan raabsaman funaananii galii gochu፣               x x      
7
Yeroon galmee miseensumma xumurame ji`a tokko keessatti oodittin akka
              x x      
8 taasifamu danda`u sanadoota herreega qopheesun akka haalli mijatu gochuu
W/M/W/Diinagdee Aanaa bara bajata kurmaana 3ffa irratti oodiitii akka taasisu
            x x x      
9 Bulchaa Aanaa waliin sagantaa qabsiisuu
 Argannoowwan oodiiti irratti hundaa`un sirreeffamni akka taasifamu danda`u
x x x x x x x x x x x x
10 kurmaana kurmaanan bulchiinsa aanatiif gabaasa dhiyeessuu
1. Kaayoo 5፡ Itti fayaadamuma tajaajila fayyaa fooyyessuu                        
 
Dhaabile fayyaa waligalteen raawwate keessatti Miseensi tajaajila guutu akka
argatu dhaabbilee fayyaa mootummaatin ala dhaabbilee dhuunfaa adda addaa
    x x x              
(labiratoorii፣ faarmaasii akkasumas fannoo diimaa፣ faarmaasii magaala kkfk)
1 waligaltee uumuu፣
Dhaabbilee fayyaa kilinikal ooditii gochuun argannoosarrati hunda`un sirrefama
    x     x     x     x
2 fudhachuu፣
Dhaabbilee fayyaa haara`a waligaltee raawwatan irratti ogeessota fayyaatif
      x                
3 dhimma IFH irratti hubannoo akka argatan gochuu፣
Yeroo itti raawwatamu/Action plan

Lakk Hojii gurguddoo Ha A Fu O Sa Mu A G B E C W


1. Kaayyoo 6 Sirna kaffaltii Itti fayaadamuma tajaajila fayyaa
fooyyessuu                        

Dhabbileen fayyaa raga fayadamtoota IFH galmee addaarratti qindeessanii akka


x x x                  
5 qabatan hordfuu፣
Dhabbileen fayyaa kaffaltii tajaajila fayyaa dhuma ji`a ji`aarratti akka
x x x x x x x x x x x x
6 dhiyeefatan gochuu
Dhabbileen fayyaa gaafin kaffaltiin tajaajila fayyaa innaa dhiyaatu sirrumaasa
mirkaneefachuun gaafi kaffalticha dhiyaate kurmaananuma gaafichi dhiyaate     x     x     x     x
7 keessatti raawwachu
8 Dhabbilee fayyaa tajaajila kennaa jiran waliin waligaltee haromsuu፣       x x x            
9 Dhabbilee fayyaa haara`a waliin waligaltee uumuu       x x x            
Dhaabbilee fayyaa kilinikal ooditii gochuun argannoosarrati hunda`un sirrefama
x x x x x x x x x x x x
10 fudhachuu፣
1. Kaayyoo 7. Sirna qabiinsa raga fi gabaasaa fooyyessuu                        
 
Ragaa miseensotaa torbee torbeen koompiterati akka galuu gochuun
        x x x x x x    
1 qindeesanii qabachuu፤
Ragaa Fayyadamtoota tajaajila fayyaa ji`a ji`aan koompiterati akka galuu
x x x x x x x x x x x x
2 gochuun qindeesanii qabachuu ፣
Galii miseensotarra funaanameefi raga dhimmoota faayinaansiitiin walqabatu
x x x x x x x x x x x x
3 koompiteraan qindeessanii qabachuu፣
Ji`a ji`aan gabaasa raga miseensotaafi ajaajilama fayyaa qindeessun W/E/Fayyaa
x x x x x x x x x x x x
Aanatiif Qa/F/Godinaatifii E/I/F/ItiYoophiyaa dame sabbataatif erguu፣
4
5 Dhaabbileen fayyaa ragaa fayyadamtoota IFH qindeessun adda baasanii x x x x x x x x x x x x
Yeroo itti raawwatamu/Action plan

Lakk Hojii gurguddoo Ha A Fu O Sa Mu A G B E C W


koompitera keessatti akka qabatan hordofuu፣
6 Dhaabbileen fayyaa tajaajila kennaniif ji`a ji`aan akka dhiyeeffatan hordofuu x x x x x x x x x x x x

Karoora IFH Gandaan


T/L Maqaa Gandaa Bay.U Bay.Uu Bay. Bay. 2011 2011 Karoora Karoora miiseensa Wara Baajata HQ
(a) umat mataa abba Abb Misee Tilma Haroomsa Haara 2011 aqa
War aa nsa ama Miseensa 2011 (100%) enyu
aa Misee
raa War Kaffal Harka Kaff HQ Ida' Kaff H Ida'a maa Baaj Naann Aanaarr
2011 IFH d= raa uu a alaa aam alaa Q ama (100 ata oora a (30)
(b) ta'uu (b/4. IFH danda Qaley a %) walig (70%)
danda' 8) e=c/4 'uu f= yii g= ala
an (c) .8 e/90*1 e/10*1
=*b/90 00 00

1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21

Ragaale bu'uura Karoora IFH tiif


                   
Barbaachisan
Dgaabi
Bayyina Hojjatoota
Fa/Mootumma Bayyina Dhaabbile Dhunfa
IFH
Baayin a
Bay
Bay/ a Kilin
T/ yina Baa
Gandaa Gand Ogeeso Fan Kilin a Kilini Man
L HE Qind Akka yi Mana Hospit Kilini
aa ota B/Hospi no ika Gidd kaa a
F eessa wuunt IT Bu/ Laboora aala kaa
Fayyaa taala Dii Olla u Xiqq Qori
a atii Fay toorii NGO NGO
ma na Galee aa cha
ya
saa
                               
   
   
                               
                                   
                                   
 
                               
 
                                   
                                   
                                   
                                   
   
                               
                                   
                                   
                                   
                                   

Bayyina Waldaale Fageenya Aanaa


Bayyina Manneen barnoota
Amnataa Bayyina Afoosha KM
Bayyin
Bayyinaa Wal
aa 1-5
T/L Gandaa Garee Pere daa Mas Kan Finfin
RMD University Highs Prima Ortoodo Kan Godina
RMDD para Kirsi giid Dhiir nee
D /Kolleejji chool ry k Dubartii irraa
tory taana a aa irraa
biroo
                             
   
                         
                             
                             
 
                         
 
                             
                             
                             
                             
   
                         
                             

You might also like