You are on page 1of 12

Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa

Cheeklistii Hordoffi Deeggarsa


Raawwii Hojii Seektara Fayyaa Sadarkaa Godinaa
Ittin Ilaalamu

Page 1 of 12
1. Seensa

Biyyii keenya imaammata fayyaa ittisa dhibee, kununsaa fi dagaagina fayyaa irratti xiyyeeffate baasuun,
tarsiimoo paakeejii ekisteenshinii fayyaa qopheessuu fi raayyaa misooma cimaa ijaaruu fi hojii keessa
galchuun keenninsa tajaajila fayyaa bu’uraa qulqulina fi safina qabu hawaasaaf dhiyyessun
fayadamumaa hawaasa mirkaneessuuf hojjatamaa turee jira.

Raayyaa misoomaa sadarka sadarkaan jiru hojii qabatamaa keessatti cimsaa deemudhan bu’aa hunde
qabeessa ta’e yeroo yeroon galmeessudhan galma guddina jaarraa fi karoora gudinaa fi
tiraanisfoormeeshini milkeessudhaf gaheen gaggeessaa fi ogeessaa sadarkaa sadarkaan jiruu fi
hawaasa maraa ol’aana dha. Keessumaayyuu, gaggeessaa fi hojjetaan sadarkaa sadarkaan jiru hawaasa
baldhaa waliin ta’uudhan fayumaa hawaasa irratti jijjiirama fiduutu irraa eegama.

Hojiiwwan seektara fayyaa bara baraan karoorafaman haala barbaadamuun raawwatamu isaani
mirkaneeffachuuf sirna hordoffi fi deeggarsaa kan direrfamee kan jiru yoo ta’u yeroo amma kanas
gareen suparvishinii 25 sadarkaa naannoo irratti dhaabbatee godina hundaatti bobaasuuf karoorfamee
dha. Suparvishinni kanaanis hojiiwwan sadarkaa godinaa hundaa fi sadarkaa aanaa, buufata fayyaa,
gandaa, gare misooma, tokko shanee fi maatiiti samuuda fudhatee kan ilaalamun. Haluma
walfakkaatuun ciminooota fi hanqinoota argaman irratti dubdeebi sadarkaa hundati kan keennamu
yoo ta’u, sadarkaa godinaa fi aanaalee ilaalmaniif dubdeebiin koree qindeessittu godinaafi aanaaleef
kan keenamu ta’a.

Page 2 of 12
2. Haala Walii Galaa

2.1. Godinaa____________
1.1 Baay’ina Aanaa__________
1.2 Baay’ina ummataa Godina __________________
1.3 Baay’ina gandaa ________ Ganda Baadiyyaa ____Ganda Magaalaa __________

1.4 Buufata Fayyaa Ilaalchise:


Baay’ina BF Waligala Kan Bishaan Kan Bishaan Kan Ibsa Qaban Kan Ibsa
kan hojiira jiran Qaban Hinqabne Hinqabne

Kan Ibsaa fi/ykn Bishaan Hinqabnef akka qabaatan hojii hojjatamaa jiru maali?
_________________________________________________________________________________
____________________________________________________________________

1.5 Keellaa Fayyaa Ilaalchise


Baay’ina Gandoota Baay’ina Gandoota Baay’ina Gandoota Baay’ina Gandoota
Baaddiyyaa KF Baaddiyyaa KF hin Baaddiyyaa KF hin Baaddiyyaa KF hin Qabne fi
Qaban Qabne Qabne fi Ijaarsi Ijaarsi hinJalqabmne
Jalqame

Gandoota KF hin qabnee akka qabaataniifi fi Ijaarsi isaani jalqabame harkifate yoo jiraate maalif,
yeroo amma ijaaranii keessa bahuuf haala addaatiin waan itti deemanaa jiru yoo jiraate
____________________________________________________________________________

1.6 Hirmaana Hawaasa Bara 2007 qofa


Maallaqan Midhaan Bakka Turtii BF haadholeef Ijaarsa Ijaarsa mana
Kan Walti (Kuntaalan) Haadholee BF ulfaa fi dahaniif mana Jireenya
Qabame kan walitti Keessatti kophaatti ittifufinsaan Jireenyaa Oggeeyyii
qabame ijaarame hojiira nyaata qopheessu HEF Fayyaa BF
olaa jiru

Dhimmoni Hirmaana Hawaasa Haala Itti Raawwatama Jiru:


______________________________________________________________________________

Page 3 of 12
2 Raayyaa jijjiirama Sivil sarviisii Waajjira Eegumsa Fayyaa Godinaa ilaalchisee

2.1 Akka Waajjira Fayyaa Godinaatti Karoora waajjiraa fayyaa fi Adeemsaale (Tokko Shanee) haala
qabatamaan gadi fageenyaan xinxalamee (Hudhaale Adda Baasee) karoorsuu fi yeroo yeroon
haroomsuu ni jira (Dokumantiin Yaa Ilaalamu)? Eeyyee______ Miti____
 Miti yoo ta’ee maaliif _____________________________________________

2.2 Waajjiri Eegumsa Fayyaa fi tokko Shanee Waajjirichaa hojiiwwaan akka waajjiraa fi tokko
shaneen yeroo yeroon madaalamaa deemaa jiraa (Dokumantiin yaa ilaalamu)? Eeyyee____
Miti____
 Miti yoo ta’ee maaliif __________________________________________________

2.3 Raayyaan sadarkaa godinaatti hundaa’e jiru aanaaleef deeggarsa keenaa jira jeechuun ni
danda’ama? Eeye _____ Miti ____
 Eeye yoo ta’e Maaliin ibsama (Ragaan yaa ilaalamu)_________________________
 Miti yoota’e sababaan isaa ha’ibsamu ____________________________________

2.4 Raayyaan Sadarkaa Godinaatti Jiru kun Bu’a Maali busee jiraa, jijjirama fidee maaliin ibsamaa
akkasumas Muuxannoon jiru maala fakkaata? __________________________
______________________________________________________________________

2.5 Hojimaata fi madaalliin Tokko shanee BEFO baasee (Magaala Naqamtee Irratti Dhiyyaate) Hojira
olaa jiraa (Ragaan Yaa Ilaalamu) Eeye _____ Miti ____
 Eeye yoo ta’e bu’aan buuse (Ragaan yaa ilaalamu)_________________________
 Miti yoota’e sababaan isaayaa ibsamu ____________________________________

3 Raayyaa Misooma Damee Dubartootaa ilaalchisee

3.1 Ijaarsa Dubartootaa Ilaalchisee


Baay’ina Dubartoota Ijaarsa RMDD Baay’ina Dubartoota Baay’ina Dubartoota ijaarsa
Keessa galuu danda’an Ijaaramanii (Lak fi %) keessa hingaliin

Sababa Dubartootni Ijaarsa Keessaa hin galee ________________________________


________________________________________________________________________________

3.2 Madaalli Raayyaa Misooma Dame Dubartoota Ilaalchisee


Baay’ina Baay’ina Tokko Baay’ina Gare Baay’ina Gandoota

Page 4 of 12
Dubartoota/Maatii Shanee Jiran keessa Misooma Jiran keessa Baaddiyyaa Jiran keessa
Jiran keessa kan kan Madaallaman kan Madaallaman kan Madaallaman
Madaallaman (Lakk/%) (Lakk/%) (Lakk/%) (Lakk/%)

Adeemsa fi haala Madaaliin Dubartoota, Tokko Shanee, Gare Misooma fi Ganda ittin raawatee fi
Bu’aa isaa
________________________________________________________________________________
________________________________________________________________________________

3.3 Bu’aa Madaalli Raayyaa Misooma Dame Dubartoota Ilaalchisee


Baay’ina Baay’ina Tokko Shane Baay’ina Gare Baay’ina Gandaa Sadarkaa
Dubartoota/Maatii Sadarkaa ‘A’ Misooma Sadarkaa ‘A’ ‘A’ Madaallaman (Lakk/%)
Sadarkaa ‘A’ Madaallaman (Lakk/ Madaallaman
Madaallaman (Lakk/%) %) (Lakk/%)

Bu’aa Madaalli kan raawwii hojii qabdan waliin haala kamiin madaaltanii
________________________________________________________________________________
________________________________________________________________________________

3.4 Miseensootni komaand poostii haala qajeelfama taa’e jiruun torbee torbeen wal gahuun IRMDD
irratti mari’achuun hanqinaa fi cimna jiru addaan baasuun koree qindeessitu Godinaaf
dhiheessuu fi kallattiin gara-fulduraa kaa’aa deemaa jiruu? Eeyye____Miti___
 Eeyyee yoo ta’e ragaan haa ilaalamu________________________
 Miti yoo ta’e sababanni isaa haa ibsamu __________________________________

3.5 Koreen Qindeessitu raayyaa misooma damee dubartootaa hojitti galchuuf gaggeessitootni
seektaraa fi jaarmiyaalee sadarkaa godinaa jiran haala qajeelfama taa’ee jiruun wal-gahuun ni
mar’atuu? Eyyee_________ Miti_______
 Miti yoo ta’e sababni isaa haa ibsamu. __________________________________

3.6 Magaalota godinaaleetti waamaman hunda keessaattii raayyaan misooma dubartootaa


ijaaramee hojii keessaa galee jiraa? Eeyyee _____Miti____
 Eeyyee yoo ta’e magaalaa meeqa keesaatti? ______
 Miti yoo ta’e maaliif? __________________________________

Page 5 of 12
4 Mobilization Bara kan akka irratti taasifamu kallatti kaa’ame gaggeesuu ilaalchisee

4.1 Mobilization hojii karoora maatii yeroo dheera babballisuuf hojjatamee fi bu’aan dhufe maal
fakkaata?
____________________________________________________________________________
_________________________________________________________________________

4.2 Mobilization hojii Ittisaa fi To’annoo Dhukkuba Daranyoo Sombaa (TB Case Detection) maal
fakkaata, haala kamiin hordoffamaa jira jijjiramni dhufe maal fakaata?
____________________________________________________________________________
___________________________________________________________________________

4.3 Mobilization hojii Saniteeshinii fi Haayijinnii gandoota Direen Haguun ala taasisuuf(ODF kebeles)
maal fakkaata, haala kamiin hordoffamaa jira, jijjiramni dhufe maal fakaata?
____________________________________________________________________________
_________________________________________________________________________

5 Raawwii sagantaalee fayyaa gurguddoo ji’a 9 bara 2007


Kan Ji’a 9 2007
Lak Sagantaalee fayyaa ilaalchisee Sababa Raawwiin gadi aanaa
Eligible Raawwii ta’ee fi tarkaanfii fudhatmaa
Lak % jiru yaa ibsamu
1 Dubartoota tajaajila karoora maatii
argachuu qaban keessaa meeqaatu argate
2 Dubartoota tajaajila karoora maatii
aragchuu qaban keessaa tajaajila karoora
maatii yeroo dheeraa kan argatan meeqa
3 Haadholeen ulfaa tajaajila kunuunsa
dahumsa duraa marsaa 4ffa (ANC4) kan
argatan
4 Hadholeen ulfaa tajaajila gorsaa fi
qorannoo dhiigaa ‘HIV’ kan argtan
5 Haadholee ulfaa dhiigni isaanii qoratamee
vaayirasiin ‘HIV’ qaama isaani keessaati
argame?
6 Haadholee Ulfaa HIV+ ta’an keessa kan
Option B+ argatan
7 Haadholee Ulfaa HIV+ ta’an dahanii fi
daa’imman isaan “prophylaxis” argatan
8 Daa’imman haadholee HIV+ irra dhalatani
Prophylaxis argatanii HIV irra bilisa ta’un

Page 6 of 12
isaani mirkanaa’ee
9 Haadholee ulfaa dhaabbilee fayyaa
(Hospitaala fi BF) keessaatti dahan
10 Haadholee tajaajila dahumsa booddee
argachuu qaban keessaa meeqatu argate
11 Buufataalee/PHCU Fayyaa Sagantaa
Hormaata Fayyaa Dargaggootaa ( AYFS)
akka kennan leenjji’an kessaa hojii kan
jalqaban?
12 Daa’immaan umriin isaanii waggaa tokkoo
gad ta’ee fi tajaajila talaallii ‘Penta 1’
argatan
13 Daa’immaan umriin isaanii waggaa tokkoo
gad ta’ee fi tajaajila talaallii ‘Penta 3’
argatan
14 Daa’immaan umriin isaanii waggaa tokkoo
gad ta’ee fi tajaajila talaallii ‘gifiraa’
(Measles Vaccine) argatan
15 Daa’immaan umriin isaanii waggaa tokkoo
gad ta’ee fi tajaajila talaallii guutuu (fully
immunized) argatan
16 Daa’immaan umriin isaanii waggaa lamaa
gadii ta’an keessaa kan tajaajila hordoffii
guddinaa argatan meeqaa?
Namoota gorsaa fi qorannoo “HIV”dhaaf
argatan karoora waliin yoo madaalamu
(HCT)
17 Namoota dhiigaa isaani keessaati
vaayirasiin ‘HIV’ argame keessaa meeqatu
ji’a 9 keessatti tajaajila ART jalqabe (New
Started)
18 Namoota dhiigaa isaani keessaati
vaayirasiin ‘HIV’ argame keessaa hanga
dhuma Ji’a Bitotessa bara 2007tti meeqatu
ART jalqabe (Ever Started at the end of
Megabit)
19 Namoota HIV+ ta’anii qoricha ART
jalqaban keessaa kan hanga ammaatti
fudhachaa jiran (Currrently on ART)
20 Shakkaamtootaa dhukkuba daranyoo
sombaa qoratamani adda bahuu qaban
keessaa meeqatu adda bahee (All forms of
TB Case Detection)
21 Namoota qoratamanii daranyoo

Page 7 of 12
sombaatin qabaatanii qoricha calqaban
keessaa meeqatu xumure
22 Dhukkubsatoota daranyoo sombaa(TB)
keessaa meeqatu dhiiga isaanii HIV dhaaf
qorachiise
23 Saaphana Booke busaa gadi bu’ee keessa
meeqqatu hawaasaf raabsame
24 Manneen jiran keessa kan saaphana Siree
Ittifufinsan fayadamaa jiran
25 Manneen barnootaa kutaa 5 olii ta’anii
akka godinaatti jiran keessaa kan mareen
hawaasaa manneen barnootaa gaggeessaa
jiran meeqa
26 Fana dhawiinsaa ittisa balaa tasaa
ilaalchisee gabaasni guutuun, yeroo fi
qulqullinaa isaa eeggatee torbaniin
ergamee meeqa
27 Abbaan warraa akka godinaatti jiran
keessaa meeqatu mana fincaanii sadarkaa
isaa eeggate qaba? (waliigala)
28 Abbaa warraa akka godinaatti jiranii fi
mana fincaanii sadarkaa isaa eeggaate
qaban keessaa kan itti fufiinsaan itti
fayyaadamaa jiran meeqa? (walii gala)
29 Gandoota akka Godinaatti jiran keessa
meeqatu udaan (dirreetti bobba’uu )
“open defication free /ODF” irraa bilisa
ta’e? (walii gala)
30 Baay’ina manneen nyaataa fi dhugaatii
too’annoon gaggeeffame
31 Baay’ina dhaabbilee Fayyaa dhuunfaa
too’annoon irratti gaggeeffame

6 Sirna Ittifayadama fi Bulchinsa qabeeyaa (Lojastikaa) ilaalchisee

6.1 Haala qajeelfama jiruun ittifayadama hawaasa fi hojii irra olmaa Ambulaansii godina keessanii
gaaridha jeechuun ni danda’ama? Eyee___ Miti_____
 Eye yoo ta’e maaliin ibsama________________________________________
 Miti yoo ta’ee maaliif, rakko jiruu maalii? Rakkoo jiru hikuuf hojii hajatamaa jiru
_____________________

Page 8 of 12
6.2 Doqdoqqe (Motor Cycle) fi Pedal Cycle gadi bu’an walqabatee haala kununsa fi ittifaydamni isaa
maal fakkaata? ____________________________________________

7 Dhiheessi tajaajila fayyaa ilaalchisee

7.1 Qorichi Bara kana gama BEFO fi Dhaabbata PFSA’n gadi bu’e ragaan isaa Aanaa fi B/F adda bahee
hordofamaa jiraa (Ragaan yaa ilaalamu)? Eeye ____ Miti ____
 Miti yoo ta’ee maaliif ________________________________________________

7.2 Rakkoon gama dhiheessii qorichaa bara kanaan qunnnamee fi gara fuulduratti ykn raabsa marsaa
lammaaffatti fooyya’uu qabu yoo jiraate yaa
ibsamu__________________________________________________________

7.3 Buufata Fayyaa Godina keessan keessa jiru baajatni bittaa qorchaaf galii keessa irra qabame
hunda ittifayadamaa jiru? Eeyyee ______ Miti_____
 Eeeye yoo ta’ee haala itti hordoffamu adda yaa bahuu ___________________
 Miti yoo ta’e maaliif _________________________________________________

7.4 Haalli hojiirra oolmaa sirna qindaa’aa bulchiinsa qorichaa sadarkaa maalii irra jira? Haa ibsamu.
_____________________________________________________
7.5. Godina kana keessatti hojigaggeessaan wiirtuu baankii dhiigaa miseensa koree manaajimantii ta’ee
hojjechaa jiraa? __________ miti yoo ta’e maaliif? ________________

7.5 Dhiyyessi Sagantaalee Fayyaa Ilaalchise


Haala Dhiyyessi
La Dhiyyessi Sagantaalee fayyaa Gahaa Gahaa
k dha Mitii Sababa Isaa
1 Dhiyyessi Karoora Maatii
2 Dhiyyessi Tajaajjila ANC fi Delivery
Barbaachisan
3 Dhiyyessi Talaallii
4 Kitiin qorannoon dhiggaa HIV
5 Kiti fi Qoricha Dhibee Busaa
6 Ri’ejantiin Qoranno Dhukkuba Daranyoo
Somba (TB Reagent)
7 Dhiyyeesi biro

8 Inshuraansii Fayyaa Hawaasa


8.1. Hojiin Inshuraansii Fayyaa Hawaasa godina keessanitt xiyyeffanno hoggansa siyaasa ta’ee jira
jeechun ni danda’ama? Eeyee _____/ mIti ______________
 Eeye yoo ta’ee, hojiilee hojjatamee fi jijjirama dhufe yaa ibsamu ____________________
 Miti yoo ta’ee maaliif? _________________________________

Page 9 of 12
8.2. Miseensa Inshuraansi Fayyaa hawaasa horachuu fi hundessu fi miseensi tajaajjila fayyaa
fayyadmuun walqabatee hojiile godina keessaniin hojjatamee fi jijjirama dhufe yaa ibsamu?
__________________________________________________
8.3. Harka qalleeyyii calaluu walqabatee hojiin hojjetamaa jiru maal fakkaata?
_______________________________________________________________________
8.4. Baajeta hojii inshuraansii aanaan ramadus ta’e kan miseensota irraa walitti qabamu haala
kamiin itti fayyadamama? _____________________________________________________
8.5. Qarshiin inshuuraansii fayyaa hawaasaaf miseensota irraa walitti qabame guutummaan
guutuutti baanki galee jiraa? Eyyeen yoo ta’e, hagam __________ mitii yoo ta’e, maaliif?
____________________________________________________________________

9 Deeggarsa Dhaabbile Fayyaa


 Dhaabbilee Fayyaa Bu’uraa (PHCU) godina keessan keessatti argameen akka ciman hala ittin
deeggaramaa jiruu ya ibsamuu? _______________________________________________
____________________________________________________________________________

9.1 Sirna Hoggansa fi Bulchinsa Dhaabbile Fayyaa ‘Health Care Financing’ Buufata Fayyaa cimsuuf
hojiile hojjatamaa jiranii fi jijjirama dhufe yaa ibsamuu? ______________________________
____________________________________________________________________________

10 To’annoo Dhaabbilee Fayyaa fi Fayyaan Walqabatanii


10.1 Koree abbootii qabeenyaa dhaabbilee fayyaa dhuunfaa magaalaa/aanaa keessatti dhaabuu fi
hojii keessa galchanii kurmaana kurmaanaan mareen gaggeeffamaa jira? Eye__/Miti____
 Eye yoo ta’e jijjiramni dhufe yaa ibsamu ___________________
 Miti Yoo ta’e maaliif ____________________

10.2 Raayyaa misooma damee dubartoota magaalaa guutumaan guututti magaalota jiran keessaatti
ijaaramuun too’annoo qulqullina fayyaa fi fayyaan wal-qabatanii irratti hubannoo qabaachuun
hojii keessaa galanii jiru? Eye__/Miti____
 Eye yoo ta’e jijjiramni dhufe yaa ibsamu ___________________
 Miti Yoo ta’e maaliif ____________________

10.3 Dhaabbilee fayyaa fi fayyaan walqabatan too’achuun, hanqina qaban adda baasuun, tarkaanfii
sirreeffamaa fudhachuun hordofiin sirreesaa deemun ni jira Eye__/Miti____
 Eye yoo ta’e jijjiramni dhufe yaa ibsamu ___________________
 Miti Yoo ta’e maaliif ____________________

Page 10 of 12
11 Sirna hordoffi fi deeggarsaa

11.1 Dhaabbilee fayyaa tajaajila fayyaa qulqullina fi gahumsa qabu akka kennaan taasisuuf
hudhaawwan sadarkaa Aanaa fi Dhaabbilee Fayyaa adda baasuuf sirni hordoffii fi deeggaarsaa
taasifamee jijjiramni dhufaa jiraa (Dokumantiin yaa ilaalamu) ? Eeyyee_____Mitii____
 Eeyyee yoo ta’e, haala deeggarsi itti keenamee fi jijjiramni bara kan dhufee maaliin
ibsama__________________________
 Miti yoo ta’ee maaliif _________________________________________

11.2 Hoggansi fi oggeeyyin waajjira Eegumsa Fayyaa aanaa fi PHCU ilaalcha keenniinsa tajaajila fayyaa
fooyyessuu irratti qaban akka sirreeffatanii fi tajaajjila irra eeggamu saffinaa fi qulqullinaan akka
keennan taasisuuf hojiiwwaan raawwataman haa ibsaman?
_______________________________________________________________________________
_________________________________________________________________

11.3 Walitti hidhaamiinsa waajjira fayyaa aanaa fi PHCU aakasumas buufata fayyaa fi keelloota
fayyaa cimsuuf, hojjetootni buufata fayyaa irraa gandatti ramadaman yoo xiqqaate torbaniin al-
tokko haala ittifufiinsa fi haala bu’a qabaeessa ta’een deeggaraa, dub-deebii kennaa godina
keesan keessatti jijjramaa bu’uraa dhufaa jira jeechuun ni danda’amaa? Eeyyee ____ Miti____
 Eyyee hojiile hojjatama turaniifi jijjiramni dhufe maal akka ta’ee yaa ibsamuu?
____________________________________________________________
 Miti yoo ta’ee maaliif? __________________________________________________

11.4 Koreen ‘performance monitoring team (PMT)’ gabaasa ‘eHMIS’ dhufu siritti gamaagumuun
rakkowwan jiarn adda baasaa tarkaanfii fudhachaa gabaasa sadarkaa ittin anutti dabarsaa jira
(Dokumantiin yaa ilaalamu)? Eeyyee___ Miti____
 Eyyee hojiile hojjatama turaniifi jijjiramni dhufe maal akka ta’ee yaa ibsamuu?
____________________________________________________________
 Miti yoo ta’e maalif?_________________________________________________________

11.5 Koree maaneejimantii waajjiira eegumsa fayyaa gabaasa guutuu xiinxaluun HMISdhan gara
qaama itti aanuutti yeroo isaa eeguun dabarsaa jiraa? eeyyee___ miti ______Eeyyee yoo ta’e
hafteen gabaasaa haa ilaalamu.
 Raga raawwii hojii isaaniitti fayyadamuudhaan murtii dabarsuu fi raawwii murtichaa
hordofaa deemuun maal fakkaata? _______________________________________

11.6 Kellaawwan fayyaa pirofaayilii gandaa qopheessuu fi haaromsuu waliin walqabatee hojiin
hojjetamaa jiru maal fakkaata?
_____________________________________________________

11.7 Kellaawwan fayyaa kaardiiwwan fayyaadamuun tajaajila akka kennan gochuuf hojiin hojjetamaa
jiru maal fakkaata?

11.8 Muuxannoowwan gaggaarii godinicha keessatti argaman babal’isuuf hojiiwwan hojjetama turan
 Muuxannoowwan adda bahan meeqa? _____
Page 11 of 12
 Maalmaali?
______________________________________________________________________________
______________________________________________________________________________
 Kan qindaa’ee babal’isuuf dhiyaate yoo jiraate ________________________________________

11.9 Balaa tasaa fayyaa hawaasaa godinicha keessatti mul’atu haala kamiin hordofaa turame? Haa
ibsamu _____________________________________________________________________
erga hordofameen booda haala kamiin to’atamaa ture
________________________________________________

Page 12 of 12

You might also like