You are on page 1of 22

Karoora Hojii Fiizikaalaa fi

Baajataa
kan Bara Baajataa 2015
Mana Hojii Abbaa Alangaa
Magaalaa D/Dolloo

1
QABIYYEE FUULA

Seensa.............................................................................................................................................................................3

Aangoo Fi Gahee Hojii Wajjirichaa..................................................................................................................................3

Ergama /Mission/............................................................................................................................................................3

Mullata/Vision/...............................................................................................................................................................4

Dudhaalee/Value/....................................................................................................................................................4

Toora Xiyeeffannoo (strategic theme) fi bu’a tarsiimssa’aa.........................................................................4

Toora xiyyeeffannoo (strategic theme)..........................................................................................................................4

Bu’aa tarsima’aa ( strategic result) toora xiyyeeffannoo...............................................................................................5

Xiinxala haalaa baajataa fi qabeenyaa............................................................................................................................5

Raawwii Hojii Gurguddoo Karoora Bara 2014................................................................................................................5

Hordoffii baajata.............................................................................................................................................................5

Hojiilee gurguddoo bara baajatichaaf karoorfamaan...................................................................................................21

Hojii Ijaarsa Dandeetti...................................................................................................................................................22

Hojii karoora baajata hordoffiif fi gamaaggamaa.........................................................................................................22

Hojii karoora hordoffiif gamaaggamaa.........................................................................................................................23

Hojii karooraa................................................................................................................................................................23

Hojii hordoffii fi gamaaggamaa.....................................................................................................................................23

Meeshaalee Dhumataa Kan Mana Hojii A/Alangaa A/Sayyoo Bara 2015tti barbaachisu...........Error! Bookmark not
defined.

2
Karoora Hojii Fiizikaalaa fi Baajataa
Mana Hojii Abbaa Alangaa M/D/Dolloo
Kan Bara 2015
SEENSA

Bara baajataa 2015 tti hojiwwan karoorfaman galmaan gahuuf maallaqni hojjicha galmaan gahuu danda’u
jiraachuun murteessaa ta’a.

Kanaafis immoo baajatni mana hojiif yemmuu qoodamu mana hojii kam hojiin akka itti
baayyatuuf kamittimmo akka salphatu adda baasanii ilaaluun murteessaa ta’a.
Kana waanta’eef manni hojii keenya hojii bara 2015 kanatti karoorfate kana kan baroottan darbanii irra bifa
hammayya’eef fooyya’een raawwachuuf karoorfatee waan jiruuf kunis immoo karoora Guddinaaf
Tiraanisformeshinii marsaa 4ffaa mootummaan diriirse faana kan deemu waanta’eef karoora baajataa qopheeffannu
kana galmaan gahuuf mataduree jalatti qabamuu qabutti baajata qabanii akkaittiin hojjetamuu danda’utti
qopheessuun barbaachisaa waanta’eef fudhatama qabaachuun isaa barbaachisaa ta’ee jira.

AANGOO FI GAHEE HOJII WAJJIRICHAA


Aangoo fi gahee hojii Mana Hojiichaa labsilee adda addaatiin kennamuus labsii lakk 222/2012,
labsii lakk 236/2013 hojiin bal’aa kennameefi jira. Keessattu, labsii 214/2011-tiin mana hojichaa
bifa haaraan hundeessuun kan barbaachiseef aangoo fi hojiin abbaa alangummaa qaamolee adda
addaatti faffaca’ee ture walitti qabuudhaan tajaajila abbaa alangummaa si’ataa,qulqulluu fi
dhaqqabamaa ta’e,akkasumas kan iftoomina,itti gaafatamummaa qabuu fi hirmaachisaa ta’e
gama mana hojii cimaa ta’e tokkootiin kennuudhaan olaantummaa seeraa mirkaneessuu akka
ta’e seensa labsichaa irraa ni hubatama.Waan kana ta’eefis,aangoo fi hojiiwwan bal’ina
qaban,kanneen duratti hin qabne haaraa dabalatee,itti kennamaniiru.Aangoo fi gaheen hojii ijoon
mana hojichaaf labsichaan kennaman yoo ilaalaman,akka walii galaatti qorannaa fi himannaa
yakkaa,addatti ammoa aangoo kanaan dura manneen hojii biroo bira turan kanneen akka
qorannaa fi himannaa yakkoota malaammaltummaa fi kan taaksii,akka qabatu
ta’eera.Dabalataanis kanneen akka imaammata haqaa yakkaa fi tarsiimoo ittisa yakka biyyattii
hojiirra oolchuu(Labsicha,Kwt 7(2-3)) fi kabajamuu mirga namoomaa mirkaneessuun
(Labsicha,kwt 7(7))jedhaman aangoo murteessaa mana hojichaaf kennamaniiru.Kana
malees,dhimmoota hariiroo hawaasaa,mirkaneessa sanadootaa fi kenna hayyamaa,hojii
qorannoo,hubannoo fi odiitii hojiirra oolmaa seerotaa,wal qabatanii fi kan biroo irratti aangoon
bal’ina qaban kennameefii jira.Aangoon haaraan dabalaman keessaa inni tokko”balleessummaa
irratti akka walii galamu mirkaneessuu wal ta’iinsa taasisuu”dha.

ERGAMA /MISSION/
Ergamni waajjira AAM/D/Dolloo akka armaan gadiitti ibsameera.
 Aanaa Sayyoo keessatti seeraa yakkaa fi Imaammata sirna haqaa yakkaa kabachiisuu, mirga namoomaa fi
bilisummaawwan bu’uuraa lammiwwanii kabajuu fi kabachiisuu fi dantaa mootummaa fi uummataa
eegsisuudhaan tajaajila abbaa alangummaa haala siyaawaa, qulqulluu fi dhaqqabamaa ta’een, akkasumaas
bilisummaa hojii fi al-loogummaa ofii eeggatee fi haqummaa qabuun raawwachuudhaan olaantummaa
seeraa mirkaneessuun nagaa fi tasgabbiin hawaasaa akka fulla’u taasisuu.

3
MULLATA/VISION/

Bara 2017tti tajaajila abbaa alangummaa kennuun olaantummaa seeraa mirkaneessuun mana
hojii abbaa alangaa akka biyyaatti fakkeenyaa ta’ee arguu.

DUDHAALEE/VALUE/

Ol’aantummaa seeraa
Faayidaa uummataaf dursa kewnnuu,eeguu fi eegsisuu
Bilisummaa fi itti gaafatamummaa ogummaa
Iftoomina.
Hojimaata badaa fi malaammaltummaa jibbuu
fakkeenyummaa
Hirmaachisummaa.
Ejjennoo gaarii
Jijjiramaaf qophaa’uu fi hojjechuu.
Beekumsa fi amantaan hogganuu.
Miira tajaajilummaa qabachuu.
Deebii wayitaawaa kennuu

TOORA XIYEEFFANNOO (STRATEGIC THEME) FI BU’A TARSIIMA’AA

1. Qorannoo yakkaaf murtii haqaa kennisiisuuf


2. Hojiirra oolmaa heeraaf seeraa mirkaneessuu.
TOORA XIYYEEFFANNOO (STRATEGIC THEME)

Dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadan bara baajeta tarsiimo’a keessatti


 Yakkoota ciccimmoo dantaa mootummaa fi uummataa irratti raawwataman
ittisuufi qorannoo isaanii cimsuu: isaanis-
 Yakkoota heeraa fi sirna heeraa irratti raawwataman,
 Yakka malaamaltummaa,
 Yakkoota gibiraa, galii mooyummaa fi kotorobaandii irratti raawwataman,
 Yakkoota daldala seeran alaa fi shammaatoota irratti raawwataman,
BU’AA TARSIMA’AA ( STRATEGIC RESULT) TOORA XIYYEEFFANNOO

 M/D/Dolloo keessatti hojii irra oolmaa heeraa fi seeraa raawwii caalmaa


qabu galmeessissuu.

4
 Tajaajila Abbaa Alangummaa Raawwii Caalmaa qabu kennuu.
 Ijaarsa dandeetti mana hojichaa cimsuu.

Manni hojichaa baroota karoora tarsiimowaa kana keessatti bu’a waliigalaa


(BW) tokko(1) , Bu’aawwan giddugalaa (BGG) afur (4) fi Bu’aawwan xixiqqaa
fi battalaa (BB) kudha sagal (19)argamsiisuuf karoorfateera. Hojiiwwan
hojjetamanii fi bu’aawwan argamaniis agarsiiftuwwan 122 tiin ibsamaniru.

XIINXALA HAALAA BAAJATAA FI QABEENYAA

Baajatni WAAM/D/Dtiif ramadamu yoo ilaalamu dabalaa kan deeme ta’u illee, hojicha
hojjachiisuu kan dandeessisu tahuu dhabuu fi hanqina bajaata irraa kan ka’e loojistikii gahaan
dhibuu, keessattuu motorcycle dhabuu irraan kan ka’e socho’ee hojii qorannaa yakkaa, hordoffii
hojii raawwachuu irratti hanqinni bal’aan kan jiruu waan ta’eef , akkasumaas bakka hojii
(waajjira) keessatti hojjetaan mijaata ta’uu dhabuun raawwii waliigala mana hojii kana miidhaa
kan jirudha.

Sirni bulchiinsa keessoo gama baajataa fi qabeenyaan jirus humna ogeessaa cimsuu fi ulaagaa
qooddii baajataa qopheessuun hojiirraa oolchuu dabalatee karoora itti aanu keessatti
xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba.

HOJII GURGUDDOO FIZIKAALAA FI BAAJATAABARA 2015 F QOPHAA’E


T GosaHojiiGrguddoo Karoora Karoora 2015 Tarsiimoo raawwii
Maddabaajataa
(Qarshiidhaan)

/ Bara kanaa Hojii bara


L 2014
barbachisu
Safartuu

Baajata
Karo

raaw
karo
oraa
Raa
ora

wii

wii

1 AmantaaUmmataaguddisu % - - 72 90 20,000 Motuma  Bargaaffii baayisuun raabsuuf sassaabuu,


 Koreedhaan qaaccessuu
u
2 Itti quufiina maamilaa % - - 81 90 4000 Motuma  Yaada maamilaa karaa saanduqa yaadaaf
galmee yaadaan hordofuu
dabaluu  Miidiyaa hawaasaa
fayyadamuu(Facebook,Telegram,SMS,
bilbilsan)
4 Itti Fayyadama Baajataaf % - - 98.8 99 4000 Motuma  Unkaalee hordoffii qabeenyaa baasuun
 Leejeraan baajata hordofuu
Qabeenyaa Dabaluu  Baasii karooraan ala qisaasama baajataaf
qabeenyaa fidan hordofuuf sirreessuu
4 QorannaaYakkaa qorataa % - - 91 94 40,000 Motuma  Bakka yakki raawwatametti argamuun
qorannaa yakkaa qulqulluu taasisuu
Poolisii waliin qulqullinaan ma  Humna namaa gahaa fi ogeessa seeraa
geggessuu bilchaataa fayyadamuu

5
5 Himata banuuf falmii % - - 91 94 40,000 Motuma  Abbootii Alangaa gahoomina qabaniin
dhaddacha to’achuu
dhadachaa qulqullinaan  Galmeewwan ciccimoo ta’an Abbootii
geggessuu. Alangaa lamaan falmuu
 Meeshaalee uwwisa baniinsa
galmeewwanii irra oolan haalaan
dhiyeessuu
 Himannaa qulqullina fi bu’uura seeraa
qabu banuun falmii cimsuu.
6 Qulqullina keessummeessa % - - 88 90 5000 Motuma  Unka abbaa komii dhimmaa ittin
hordofaniif walitti fufiinsa qabu
komii qopheessuuf ittiin hojjechuu
 Komii abbaa dhimmaatiif furmaata
quubsaa kennuu
7 Barumsa hubannoo seeraa 6000 Motuma  Waltajjii hawaasaa kallattiif al-kallattii
fayyadamuu
hawaasaaf kennuu.  Miidiyaalee hawaasaa fayyadamuu

10000
Lakk.

 Minimiidiyaa magaalaa dambidoolloo

645
fayyadamuu
-
8 Abbaa dhimmaa % 98 99 1000 Motuma  Yeroo hojii mootummaa kabajuu
 Fuula ifaan hawaasa tajaajila haqaaf
keessummeessuu. dhufeef dursa kennuu
9 Eeruu Dantaa La 148 400 40,000 Motuma  Waajjira poolisii lamaanuutti ogeessa
gahaa ramaduu
mootummaafi dhuunfaa kk  Sirna eeruun ittiin hordofamu diriirsuu
Hariiroo hawaasaaf Yakka  Unkaan eeruu dantaa mootummaaf
hundaa qorachuu dhuunfaa turban torbaniin hordofuu
1 Galmee Hariiroo hawaasaa La 5 11 40,000 Motuma  Harka qalleeyyii himata qopheeffachuu
hin dandeenyeef himata
0 hojjechuu kk qopheessuu,falmuu
 Mirgaaf faayidaa hawaasaaf mootummaa
akka barbaachisummaa isaatti gidduu
seenuun falmuu
1 GalmeeYakkaMalaammalt La 5 11 40,000 Motuma  Komishinii farra malaammaltummaa
bakka bu’uun eeruu dhiyaatu irratti
1 ummaahojjechhuu kk hadheeffatanii hojjechuuf qisaasama
qabeenyaa hawaasaaf mootummaa
hambisuu.
 Barmaatilee kisassaabdummaa beekuuf
adamsanii seeratti dhiyeessuun tarkaanfii
barsiisoo fudhachuu
1 GalmeeYakka Gibiraaf La 2 12 4000 Motuma  Seeraaf dambii,qajeelfamoota yakka
gibiraaf taaksii hojiirrav oolchuu
2 Taaksii hojjechuu kk  Araarama tokko malee tarkaanfii seeraa
gocha yakkaa akkanaa irratti fudhachuu
1 Kabajamuu mirgaafi % 80 82 4000 Motuma  Mirga namoota harka
qalleeyyii,Daa’immaniifi
4 faayidaa hawaasaa dubartoota,qaama
fooyyessuu miidhamtoota,dargaggootaafi
maanguddootaa eegsisuu
1 Harcaatii Galmee himataa % 5 4 20,000 Motuma  Galmeewwan ragaan dhiyaachuuf
rincican adda baasuun durgoo raga
4 xiqqeessuu baatotaa kaffaluun murtii dhumaa
kennisiisuu
 Galmeewwan himatamaan miliqan
qaamolee poolisii waliin ta’uun
hordofuun galmee sanaaf murtii
yakkichaan wal madaalu seerattib
dhiyeessisuun kennisiisuu
 Galmeewwan kewt 42(1)(A) ,48(C)
keessatti kufan bilchinaan dursanii
bu’uura seeraan buufata poolisiitti
hambisuu
 Galmeewwan hunda seerota rogummaa
qabaniin banuu
 Paanaaliidhaan galmeewwan dhimmoota
walxaxoo ta’an murteessuu
1 Harcaatii Eeruu xiqeessuu % 10 12 10,000 Motuma  Eeruuwwan yakkaa dantaa mootummaaf
uummataa ta’an qorannoo cimaaf walitti
5 fufaa geggeessuun xumura argachiisuu
 Qorannoo yakkaa ammayya’aa
geggeessuu

6
Ida’ama 242,000 Motuma

7
10/ KAROORA QACARRII HUMNA NAMAA
Karoora hojii bara 2015 kana hojii irra oolchuuf,Humna namaa caasaa hayyamamee fi qabatamaadhaan yeroo ammaa jiru of
eeggannoodhaan addaan baasanii beekuun murteessaadha,haaluma kanaan ogeessota seeraa fi hojjetoota bulchiinsaa caasaa
hayyamame humna namaa qabatamaan jiraniifi humna namaa bara karooraa kana keessa nu barbaachisan addaan baasnee akkaataa
armaan gadiitti gabatee keessatti ibsineera.
Mootummaa Naannoo Oromiyaati Biiroo/Waajjira Maallaqaa fi Misooma Dinagdee,
Uunka R/B/M/7 Maqaa Mana hojii;- Mana Hojii A/Alangaa M/D/Dolloo Yeroo unkichi itti qophaaye 16/9/2014.
Naannoo Godina Aanaa Mana Hojii Saganta hojii Kutaa hojii mata Saganta gadi aanaa Pirojektii/mata duree
Mootummaa/Mata duree mata duree duree G/G/aanaa mata duree G/G/G/G/aanaa
G/G/Magaalaa G/G/G/aanaa
Maqaa Koodii Oromiyaa 04 Qe/Wall. M/D/Dolloo Mana hojii A/Alangaa - - -
T/ Gita Hojii Maqaa Bara Baajetaa 2015 gara Garga
L Koodii garm rumaa
aa
Waamamaa gita hojii Sadarkaa Lakk, Baay.g Mindaa Minda Gosa Sad.barnoot Baay Miinda Miinda Kiraa
Koodii tajaajila Eenyumm ita.Hoji ji’aa Waggaa barnootaa aa G/H/h ji’a Wagga mana
aa i ojii a
1 Itti gaafatamaa Muudama 18,752 22,5024 Seera Digrii LLB 3430

Muudama 17,859 21,4308 Seera Digrii LLB 2662


A/Adeemsaa Muudama 17,859 21,4308 Seera Digrii LLB 2662
Muudama 17,859 21,4308 Seera Digrii LLB 2662
Muudama 17,859 21,4308 Seera Digrii LLB 2662
Muudama 4ffaa 1 Seera Digirii LLB 2662
Abbaa Alangaa
namoota 5/shan/
Muudama 4ffaa 1 Seera Digirii LLB 2662
Muudama 4ffaa 1 Seera Digirii LLB 2662
Muudamas 4ffaa 1 Seera Digirii LLB 2662
Hojjettoota 1
Deeggarsaa
Namoota 15
1 Og.Suuphaa XI 02/BMXX- 1 6193 74316 Komp./ Digrii BSC. 1 -
Komputeera III 03 injineerii/
saayinsii

8
komp.
2 Og.Baja.karoor fi 011704 XII 02/BMXX- 1 7071 84852 Ikon. Digirii -
05 Mngt/bmn
gamag.
gt.ist.saayi
nsii
3 Bul.Daataa 111843 XI 02/BMXX- 1 6193 74316 Saayinsii Digirii
04 komp.TQO,
Beezii III
ICT.
4 Seekiretarii II 010112 VIII 02/BMXX- 1 3934 47208 Sekireetira LevelIII
01 al saayinsii
bu.biiroo.S
S& mngt
5 Dursa garee 012011 XIII 02/BMXX- 1 8017 96204 Mngt Digirii
06 bul.uumma
Bul.fi Miso.Qab
taa
Namaa
6 Oge.Bul.Mis.Na 012003 XI 02/BMXX- 1 6193 74316 Mngt Digirii
07 saayisnsii
maa III
qunnamtii
7 Waardiyyaa 220301 III 02/BMXX- 1 1624 19488 Qalama Kutaa 8
13

8 Waardiyaa 220301 III 02/BMXX- 1 1624 19488 Qalama Kutaa 8


14

9 Qulqulleessituu I 02/BMXX- 1 1100 13200 Qalama Kutaa 8


15

10 Ergamtuu II 02/BMXX- 1 1338 16056 Qalama Kutaa 8


17

11 Dursa XII 02/BMXX- 1 7071 84852 Seera/ Digirii


gareeB/Dhadd.fi 19 mngt
hog.qab.ragaa infrm.syste
dhim.yakkaa.ragaa mii
III
12 Og.hojii.bulch.ra 011603 XI 02/BMXX- 1 6193 74316 Ikonomiksii Digirii
23 /MIS/statik
gaa III
sii
13 Qabduu 020102 VII 02/BMXX- 1 3333 39996 Accounting Level III
25
maallaqaaII

9
14 Sassabduu galii 020132 VI 02/BMXX- 1 2799 33588 Accounting Level III
28
guyyaa
15 Og.hojii.bulchiin 011602 IX 02/BMXX- 1 6193 74316 /MIS/ Digirii
29 Mngt/
sa ragaa II
ikonomiksii
Ida’amaa

Inshuraansii yaala faayyaa kan abbootii alangaa waggatti Gulantaa 6116 irraa kan abbaa alangaa nama tokkoo kaffalamuu
qar. 7,500 yeroo ta’u, kan nama sagalii 67,500 kan hoogganaa qar. 10,000 waliigala qar. 77,500
11 KAROORA KANA RAAWWACHUUF BAASII BARBAACHISU BAASII WALII GALA DIMSHAASH MIINDAAN HOJII ADEEMSIFTUUN,KAAPPITAALAA AADA BAASNEE YAMMUU IBSINU.

T/L Humna Namaa Caasaan jiru Humna Namaa qabatamaan Humna Namaa bara 2015tti % irra Yaada
jiru barbaachisan gahe
A/Alangaa H/Deg Ida”am A/Alangaa H/Deg Ida’am A/Alangaa H/Deg Ida’ama
a a
28 32 60 - - - 10 15 25 -

  Uffannaa seeraa Hojjetoota Mana Hojichaa -6211    


             
Lakk Maqaa Meeshaalee Ibsa Meeshichaa Safartuu Gatii Baayyina Gatii W/Galaa
tokkoo
  Waardiyyaa namoota 2'f          
1 Uffannaa waardiyyaa Kootiif Lakk 3500 4 14,000
surree/suufii/
2 Caammaa / kophee / Ambassaa Cimdii 1000 4 4,000
kophee
4 Shaamizii Carqii Lakk 400 4 1,200
4 Laastikii ykn
Boottii Waardiyyaa Gogaa Cimdii 400 2 600
5 Tuuttaa waardiyyaa Huccuu Lakk 1000 2 2000
6 Uffata siree Huccuu Lakk 600 2 1200

10
7 Uffannaa halkanii/Bird libsii/ Huccuu Lakk 1000 2 1000
8 Kooffiyyaa waardiyyaa Huccuu Lakk 400 2 600
Qulqulleessituuf
  ergamtuu/Dhalaa/          
1 Shaamizii dhalaa Huccuu Lakk 400 2 800
2 Uffannaa Qulqulleessituu Kootiif gurdii Lakk 1500 2 4,000
/suufii/
4 Caammaa / kopee / kan dhalaa Ambassaa Cimdii 500 2 1000
kophee
4 Gogoraa /uffata jalaa kan Huccuu Lakk 200 2 400
qulqulleessituu/
5 Marxoo guutuu /qulqulleessituu/ Huccuu Lakk 700 2 1,400
Qulqulleessituuf
  ergamtuu/Dhiiraa          
uffannaa qulqulleessituu dhiiraa Kootiif Lakk 3500 2 7,000
1 surree/suufii/
Caammaa qulqulleessituu dhiiraa Ambassaa Cimdii 1500 2 3000
2 kophee
4 Marxoo guutuu /qulqulleessituu/ Huccuu Lakk 1000 2 2000
4 Shaamizii qulqulleessituu dhiiraa Huccuu Lakk 1000 2 2000
  Poosteessaa lafoo          
1 Uffannaa Roobaa/poostessaaf/ Huccuu Lakk 1200 1 1200
2 Kophee gabaabaa/postessaa/ Gogaa Cimdii 1000 2 2000
4 Dibaabee/poostessaaf/ Top Lakk 200 1 200
A/Alangaa fi Barreessaa
  Dhaddachaa          
1 Gaawonii A/Alangaa Huccuu Lakk 1500 2 4000
Gaawonii Barreessaa
2 Dhaddachaa Huccuu Lakk 1500 2 4000
  Ida'ama         57,106
 Akka bara kanaatti Gulantaa baajataa kana jalatti ammoo qarshii 57,106 nu barbaachisa.

11
12
MEESHAALEE DHUMATAA KAN MANA HOJII A/ALANGAA A/SAYYOO BARA 2015TTI BARBAACHISU.
La Maqaa Meeshaa Safartuu Baayina Gatii Gatii Hundaa
kk tokkoo
Gulaantaa Herregaa 6212 jalatti
1 Iskiriiptoo biinkii Cuquliisa Baakoo 10 400 4000
2 Waraqaa Kompiyuutera Golden giraama 80 Dasxaa 50 240 12,000
4 Hammattuu galmee abbaa funyoo Lakk 50 14 700
4 Hammattuu galmee sibiila kentia Lakk 20 40 800
5 Marfee isteeppileerii great HALL MODEL Baakoo 20 6 120
469
6 Qalama Piriinterii 05A fi 80A Lakk 15 1500 22500
7 Qalama Footoo Koppii 2420 Lakk 10 1600 16000
8 Ajandaa 2020 Lakk 40 70 2100
9 Galmee gidduu galeessa Lakk 20 40 600
10 Waraqaa kalar koodii halluu addaa addaa Dasxaa 5 110 550
11 Waraqaa Abbaa Tooraa Ashaggii 10 90 900
12 Kavarii gabaasaaf karooraa kan ittiin Dasxaa 10 150 1500
laamineetii godhamu
14 Kaarboonii harkaa 4000H Ashaggii 20 145 2700
14 Qalama biikkii keeniyaa 1ffaa Baakkoo 4 250 1000
Ida’ama 73,496 65470
Gulaantaa Herregaa 6214 jalatti
15 Tiitarii maqaa fi gahee hojii hojjetootaa ,lakk 10 450 4500
16 Ibsituu fi baajii hojjetootaa ‘’ 28 500 14000
17 Ibsituu ykn barjaalee kutaa hojii ;; 8 500 4000
18 Waraqaa Eenyummeessaa Hojjetaa Lakk 20 100 2000
Ida'ama 1,150 24500
Gulaantaa Herregaa 6215 jalatti
19 Seera yakkaa bara 1996 fooya’e Afaan Lakk 5 400 1500
oromoo
20 Heera mootummaa ,, 5 50 250
21 Gaazetaa kallacha oromiyaa fi kan biro ,, 10 50 500
22 Labsiiwwaniif dambiiwwan irra haaraa ;; 10 50 500
bahaniif irra deebiin caffeen fooyya’an
24 Kitaabilee seeraa garaagaraa Lakk 4 200 600
Ida’ama 3350
Gulantaa 6217 jalatti

13
24 Boba’aa Beenziila Liitira 200 7000 7000
25 Zayita mootora Jark 200 7000 7000
Boba’aa naafxaa jeneetara 200 10000 10000
Ida’ama 24,000
Gulaantaa Herregaa 6218 jalatti
26 Oomoo Lakk 2 75 150
27 Softi maankoo Lakk 20 10 200
28 Eer fireesh sandalii Lakk 20 15 400
29 Saamuna peack lakk 50 6 400
40 Kibiritii Bakkoo 50 10 500
Filiitii Lakk
Harata pilaastikii Lakk
Kollaa Lakk
Saamuna medicam Lakk
Goowantii harkatti kaawwataman Lakk
41 Qalama chaappaa Horse Lakk 10 12 120
42 Kilaaserii Keelloo furdaa Lakk 20 40 600
44 Maarkeerii Artline guddaa Lakk 10 20 200
44 Laappisii/Qubeessaa/ Lakk 10 5 50
45 Plaasterii maxarrazyaa Lakk 50 8 400
Ida’ama 1370
Gulaantaa Herregaa 6219 jalatti
46 Uuwisa lafaa sadarkaa 1ffaa Lakk 40M 200 6000
47 Maashinii herregaa Lakk 2 150 400
48 Buqqistuu ispiilii Lakk 5 16 80
49 Funyoo galmeen hidhamu Lakk 50 10 500
40 Waraqaa adii furdaa Lakk 15 10 150
41 Deviderii power king Lakk 6 180 1080
42 Saamunaa popular Lakk 450 16 5600
44 Oomoo crown fi zara Lakk 40 15 450
44 Baatirii Abba chaarjii Lakk 6 90 540
45 Guuboo Kosii Lakk 10 40 400
46 DDT ykn Air fresh Lakk 4 80 420
47 Saamunaa Medicam ,, 440 15 4950
48 Sooftii Mamco ,, 440 16 5280
49 Faastineerii ,, 10 28 280
50 Stabilezerii /GATO/ Lakk 5 1200 5600

14
51 Fooldara Lakk 400 31730
52 Kalar koodii 0-9tti jiran Lakk 500
54 Gaanchoo Lakk 2
54 Isteepilaarii Lakk 4
634609440

Walumaa gala gulantaawwan herrgaa kana jalatti baajatni nu barbaachisu akka bara 2015 kanatti qarshii 154870 nu barbaachisa.

  Gulantaalee Herregaa armaan gadii irratti    


             
Gatii Baayyin
Lakk Maqaa Meeshaalee Ibsa Meeshichaa Safartuu Gatii W/Galaa
tokkoo a
1 Gulantaa 6244          
computers ,Laptops,Photocopy
1.1 Suphaa maashinoota addaaddaa lakk 4000 4
machines,moters,Generators and etc. 12,000
1.2 Suphaa Teessumaawwanii chairs,tables,Balcones,shelfs lakk 600 6 4600

15
  Gulantaa 6244         -
Waajjira kutaa 6 qalama dibuu,girgiddaa
M2/
1 Suphiinsa/Haaromsa Afataalee tarsa’e suphuu fi koornasii haaressuu fi 600 50 40,000
kaaree/
seeramikii uwwisuu
  Gulantaa 6255         -
1 Fe'iinsa meeshaalee addaa addaa tii Gatii mi'oota ittiin feesisan Qar 200 40
6,000
  Gulantaa 6251         -
Kaffaltii gatii ogummaa walii Tajaajila oogummaa harkaa barbaadu
1 Qar 4000 4 9000
galtee kaffaaluuf
  Gulantaa 6257         -
1 kaffaltii ibsaa gatii kiraa ibsaa raawwachuu Qar 10000 1
10,000
            -
  Gulantaa 6258         -
1 kaffaltii Bilbilaa gatii kiraa bilbilaa raawwachuu Qar 2,000 4
6,000
2 Wi Fi Galchuuf Modemii LAN Ethernet galchuuf lakk 19,000 1
19,000
  Gulantaa 6259         -
1 Kiraa Bishaanii kaffaltii kiraa bishaanii raawwachuuf Qar 400 1
400
2 Diriirsa tuubboo bishaanii Bishaan galchisiisuuf Qar 2000 1
2,000
  Ida'ama        
107,900

Gulantaa 6414
Hanqina meeshaalee dhaabbataa akka mana hojii keenyaatti nuuf guutamuu
qaban

16
  1,Kutaa Hoogganaatti          

La Safartu Gatii Gatii


Maqaa Meeshaalee Ibsa Meeshichaa Baayyina
kk u tokkoo W/Galaa

1 Manaajeriyaal chair Leezerii ammayyaa'aa Lakk 8000 1


8,000

2 Conference table warshaatti kan kalaqame Lakk 2000 1


2,000

4 Soofaa abbaa leezerii Leezerii Lakk 6000 4


24,000
Sheelfii faayilli keessa taa’u
4 Muka irraa Lakk 12000 1
abbaa balbala afurii 12,000

5 Laappi tooppii HP Pro core i7 Lakk 27000 1


27,000

6 Piriintera LaserJet pro MFP M140fn Lakk 14000 1


14,000

7 Koot haangerii warshaatti kan kalaqame Lakk 1500 1


1,500

8 Borsaa Laaptooppii Elico /kan dugdaa/ Lakk 1600 1


1,600

9 Golgaa foddaa Huccuu Lakk 500 2


1,000
2,Adeemsa Hojii dhimma
          -
yakkaa fi hariiroo hawaasaa

1 Manaajiriyaal chair lakk. Leezerii Lakk 5000 7


45,000

17
mukaaf sibiilarraa
2 Minjaala Lakk 1000 7
shooppiitti kan hojjetamu 7,000
Marcuma leezerii abbaa
4 leezerii low back Lakk 1500 6
dhimmaa 9,000
Koot haangerii /Fannattoo
4 warshaatti kan kalaqame Lakk 1500 2
Kaabbaa A/Alangaa/ 4,000

5 Laappi tooppii corei5 HP Pro core i5 Lakk 25000 5


125,000

6 Piriintera LaserJet pro MFP M140fn Lakk 14000 1


14,000

7 Iskaanerii tokko Hp pro 140 modelii Lakk 8000 1


8,000

8 Footoo kooppii X-Max Lakk 6000 1


6,000
Sheelfii abbaa balbala afurii
9 muka irraa Lakk 8000 1
tokko 8,000

10 Golgaa foddaa sadii Huccuu Lakk 500 4


1,500

11 Borsaa Laaptooppii Elico /kan dugdaa/ Lakk 1600 10 16,000

  2.1. Mana galmee         -

mukaaf sibiilarraa shooppiitti


1 Minjaala hojjetoota mana galmeef Lakk 1000 4 4,000
kan hojjetamu

2 Marcuma hirkoo naannooftuu afur Leeezerii Lakk 4000 4 12,000

18
Sheelfii galmeen keessa taa’u
4 Sibiilarraa Lakk 10000 4 40,000
abbaa sibiilaa afur

4 Kompiwutera Desk tooppii Dell computer Lakk 15000 1 15,000

4,Garee Bulchiinsa Humna


          -
Namaa

1 Mana jeeriyaala chair leezerii high back Lakk 6000 2 12,000

2 Marcuma haala mijeessituu leezerii medium Back Lakk 4500 1 4,500

4 Marcuma hojjetaan irra taa’u leezerii medium Lakk 4000 10 40,000

muka irraa shooppiitti kan


4 Minjaala haala mijeessituu Lakk 1000 1 1,000
hojjetamu

muka irraa shooppiitti kan


5 Minjaala hojjetootaa Lakk 1000 10 10,000
hojjetamu

6 Bloowerii Elektroniki Lakk 1500 1 1,500

Sheelfii ragaan adda addaa keessa muka irraa shooppiitti kan


7 Lakk 10000 2 20,000
taa’u abbaa balbala afurii hojjetamu

8 Borsaa Laaptooppii Elico /kan dugdaa/ Lakk 1600 2 4,200

9 Laappitooppii HP Pro core i5 Lakk 25000 2 50,000

10 Kompiwutera deesk tooppii Dell computer Lakk 12000 2 24,000

19
10 Pirinterii Hp pro 140 modelii Lakk 8000 1 8,000

muka irraa shooppiitti kan


11 Siree Waardiyyaa Lakk 4000 1 4,000
hojjetamu

12 Maxarrazyaa Waraqaa/Bimderii/ S.B.T BM-2188H Lakk 1000 1 1,000

14
Golgaa foddaa Huccuu irraa Lakk 500 2 1,000

4,Garee dhimma Hariiroo


 
hawaasaa
        -

1 Borsaa Laaptooppii Elico /kan dugdaa/ Lakk 1600 2 4,200

2 Manaajeriyaal chair leezerii high back Lakk 6000 2 12,000

4 Minjaala lama warshaatti kan kalaqame Lakk 4000 2 6,000

Teessuma abbaa dhimmaa abbaa


4 leezerii low back Lakk 4000 6 18,000
leezerii

Sheelfii faayilli keessa taa’u abbaa muka iraa shooppiitti kan


5 Lakk 8000 1 8,000
balbala afurii hojjetamu

6 Laappi tooppii HP Pro core i5 Lakk 25000 2 50,000

7
Pirintera LaserJet pro MFP M140fn Lakk 14000 1 14,000

  Ida'ama         681,000

20
 Walumaa gala meeshaalee dhaabbatoon nu barbaachisan guutamuuf Qarshii 681,0

21
i

You might also like