You are on page 1of 8

Aanaa cooraa Botoritti koolleejji BLTO

BAGGEE

Gabaasa Raawwii Hojii Sosochii Torbee

TEI fi CT Marsaa 1ffaa

10/04/2014 – 15/04/2014

10/4/ 2014
Baggee
Seensa

Seensa gabaabaa haala hojiin kun itti raawatame yaa bareefamu

Humna Namaa Hojii Duula Torbee TEI fi CT Irratti Hirmaatan


Humna Namaa Hirmaate
T/L Hirmaatota Karoora Raawwii %
Dh Du Id Dh Du Id
1 Leenjistoota 5 2 7
2 Hojjataa Deegarsaa 3 1 4
3 Hoggansa
Ida’ama 8 3 11
Dhaabbilee Leenjii Hojii Kana irratti Hirmaatan
T/L Hirmaatota Karoora Raawwii %
1 Kolleejjii/Poolii
2 Dhaabbata Leenjii
Ida’ama
Haarcaatiin Yoo jiraate sababa harcaatii
________________________________________________________________
__________________________________________________________
Gabaasa Hojii Garee Teeknikaal Iskiilii
● Akkataa invantariin intarpiraayizootaa gaggeefameen ramaddiin leenjistootaa
gaggeefamuu isaa baayina leenjistoota garee kana jalatti ramadamanii Hojjatan
● Sagantaan deegarsa TEI Intarpiraayizootaaf Qophaa’uu isaa
● Qaawwa Ogummaa sochoostoota Intarpiraayizii fi Rakkoo intarpiraayizootaa adda
baasuun mala ittin qaawwii kun guutame
● Sanada deegarsa TEI akkataa qaawwa ogummaa adda baheetiin (TTLM) qophaa’uu
isaa fi ogummaa meeqaaf akka qophaa’e
● Piroofaayilii Intarpiraayizootaa fi sochoostootaa gurmaa’uu isaa waan hojjatame
● Deegarsa ogummaa intarpiraayizootaaf taasisuu

T/ Seekatara Int Dh Du Id
L
1 Qonna 20 100 100 200
2 Maanufaakcharingii 3 15 15 30
3 Ijaarsa 2 5 5 10
4 Tajaajila 3 6 10 16
5 Daldala 4 10 5 25
Ida’ama 32

● Sochoostoota intarpiraayizii MGO akka fudhataniif hubannoo uumuu fi galmeesuun


madaalliif akka qophaa’an taasifame meeqa akka ta’e
● Intarpiraayizoota omisha biyya alaa kan biyya keessatiin bakka buusuu danda’an adda
bahee meeqa akka ta’ee fi hojii hojjatame

Gabaasa hojii Garee KAIZEN


● Rakkoo inatrpiraayizootni omisha fi omishtummaa irratti qaban adda bahuu isaa
(qisaasama torba jiran keessa kan adda bahe fi qisaasama kaneen dhabamsiisuuf hojii
hojjatame ) suuraa hojii KAIZEN duraa fi Booda agarsiisuu yaa galu
● Rakkoo qulqullina omisha ykn tajaajila intarpiraayizootni qaban adda baasuun irratti
hojjatamuu isaa fi rakkooleen adda bahan kuniin maalfaa akka ta’an yaa ibsamu
● Rakkoo gurmaa’iinsa shoopii inatrpiraayizootni qaban adda baasuun (before)
bareefamaan, suuraan fi vidoyoon ragaa isaanii gurmaa’uu isaa hojiin kun hojjatamuu
isaatiin lafa karee meetira meeqa akka argame caqafamuu qaba
● Intarpiraayizota moodeela ta’an adda baafamuu isaa fi meeqa akka ta’an fi maaliin
moodeela akka ta’an, akkasumas maqaa intarpiraayizichaa yaa ibsamu
● Bu’aa hojii KAIZEN argame meeqa akka ta’e (qisasamota dhabamsifamuu isaatiin
ykn gurgaramuutiin maallaqa argame

T/ Seekatara Int Dh Du Id
L
1 Qonna
2 Maanufaakcharingii
3 Ijaarsa
4 Tajaajila
5 Daldala
Ida’ama

Gabaasa hojii Garee Teeknooloojii


● Koreen teeknooloojii dhaabbilee leenjii keessati hundaa’uu isaa fi hojii isaan hojjatan
● Teeknooloojiwwan dhaabbilee leenjii keessatti warabamanii sababa adda addaan osoo
hin cee’iin hafan meeqa akka adda bahee fi akka ce’e
● Teeknooloojii kana dura hojjataman meeqa akka foyya’an
● Teeknoolojiiwwan hojjataman sanada guutuu (blue print, operation manual, Value
chain) meeqaaf akka qophaa’e
● Teeknooloojiwwan waraabaman kaneen midhagina (finishing) hin qabne meeqaaf
akka hojjatame
● Intarpiraayizoota fi sochoostoota teeknooloojii waraabuu danda’an meeqaaf leenjiin
akka keenname
● Teeknoloojii torbee TEI fi CT kana keessatti ce’an meeqa akka ta’an fi gosaa fi
baayina isaanitiin (Omishtuu, Omishaa)

Gabaasa hojii Garee Intarpurunarshiipii


● Haala qabannaa heereega ,Akkataa maamila itti qabatan intarpiraayizootaa sakata’uun
rakkoo qabannaa herreegaa irratti qaban adda baasuun hojii hojjatame
● Intarpiraayizoota karoora daldalaa irra deebiin foyyeefatan meeqa akka ta’e
● Intarpiraayizoota Karoora tarsimawaa qophaa’eef meeqa akka ta’e
● Leenjiin intarpiranarshiipii intarpiraayizoota meeqaaf fi sochoostoota meeqaaf akka
keenname
● Intarpiraayizootni omisha/tajaajila isaanii akkataa kamiin beksifachaa akka turan fi
amma maal akka jijirame. (E-commerce, Biroosharii, Baanarii, Taapeelaa fi kkf)

T/ Seekatara Int Dh Du Id
L
1 Qonna
2 Maanufaakcharingii
3 Ijaarsa
4 Tajaajila
5 Daldala
Ida’ama

Gabaasa hojii Geree Industrii Godoo


● Ogummaa fi omisha naannoo keessatti jiran adda baasuun kanneen godoon
gurmaa’anii jiran, kaneen mana mana isaanitti hojjatan adda baasuun ragaa guutuu
isaanii qindeesuu’uu isaa.
● Deegarsa keename booda bu’aa argame adda baasuun galmeefachaa demuu
● Deegarsa dura meeqa akka omishaa turan fi Deegarsa booda meeqa omishaa akka
jiran
● Deegarsa dura qulqullinni omishaa maala akka turee fi Deegarsa booda jijiirama jiru
● Deegarsa dura gatii ittin gurguramaa turee fi Deegarsa booda gatii ittiin gurguramaa
jiru
● Deegarsa dura haalii gabaa isaanii maal akka ture fi deegarsa booda garaagarummaa
jiru
● Teeknooloojii hojii industrii godoof hojjatame adda baasuun gosaan fi baayinaan adda
baasuun galmeesuun qabachuu
● Teeknoloojii industrii godoof barbaachisu adda baasuun akka hojjatamu taasisuu
● Leenjii hubannoo keenuun ilaalcha dogoogoraa hojii industrii godoof jiru cimsuu
● Omishoota indutrii godoon omishamaa jiran akka adda bahee fi gosa isaanii

T/L Gosa hojii Gosa omishaa Miseensota Omisha irratti


Boba’an

Dh Du Ida

1 Hojii suphee Distii

Jabanaa

Xuwwee

Faaya

2 Hojii Sibilaa Albee

Maarashaa

Qottoo

Gajaraa

3 Hojii Gogaa Saqqii/qabatoo

Borsaa

Kophee
Waliigala
● Torbee TEI fi CT gaggeefame keessatti
o Intarpiraayizoota waligala torbee TEI keessatti Deegaraman

T/ Seekatara Int Dh Du Id
L
1 Qonna
2 Maanufaakcharingii
3 Ijaarsa
4 Tajaajila
5 Daldala
Ida’ama

● Teeknooloojii Ce’e

T/L Gosa Teeknooloojii Baayina Intarpiraayizii itti ce’e baayinaan

1 Omishtuu haaraa ce’e

2 Omishaa haaraa ce’e

Ida’ama

3 Omishtuu irra deebiin


foya’ee ce’e

4 Omishaa irra deebiin


foya’ee ce’e

Ida’ama

Sanada Teeknooloojii
qophaa’eef

Intarpiraayizoota
teeknooloojii irratti leenjii
argatan
T/L Gosa Teeknooloojii Baayina Intarpiraayizii itti ce’e baayinaan

Sochoostoota teeknoloojii
waraabuu irratti leenji’an
(Dh___ Du____ Id__)

● Industrii Godoo
o Industrii godoo adda bahee deegsi taasifameef

T/L Industrii Godoo Adda bahee Baayina omisha Miseensota deegaraman


deegarsa taasifame adda bahe
Dh Du Id

o Kaneen godoon hundaa’an

T/L Maqaa godoo isaanii Gosa Hojii/Ogummaa Miseensota deegaraman


irrati boba’an

Dh Du Id

o Teeknooloojii hojii industrii godoof ce’e

T/L Maqaa Teeknoloojii ce’ee Godoo ce’eef Gatii ittin oomishame Teeknoloojii
kan tokkoo Baayate

● Ciminoota raawwii keessatti adda bahan


● Haanqinaalee Raawwii keessatti adda bahan
● Rakoolee mudatan
● Furmaata keenname
● Muuxannoo argame
● Kallattii fuula duraa waan ta’uu qabu (hubachiisa hojilee hojjataman
suuraan gaggaarii filatamee gabaasa keessatti yaagalu)

You might also like