You are on page 1of 8

Fuula Haguuggii

Abbaa qabeenyaa harka caalu


a. Daldalaa yoo xiqqaate waggaa tokkoof hojiirra kan turee fi
b. hojjettoota 0 hanga 50 qabuti?
☐ Eeyye: dorgomuu ni dandeessa ☐ Lakki: dorgomuu hindandeessu
1. Maqaa daldala kee: ___________________________________
2. Iddoo daldala kee/teessoo:
Naannoo:_________________________________ Godina/K. magaalaa________________________
Aanaa____________________________________ Magaalaa_________________________________
Ganda____________________________________ Lakkoofsa manaa__________________________
3. Maqaa guutuu (maqaa duraa fii dhumaa): ___________________________________
4. Saala (tokko filadhui): ☐ Dhiira ☐ Dubartii
5. Guyyaa dhalootaa-Akka Laakkofsa Awurooppaatti (guyyaa-jia’a-bara): ________________________
6. Lammummaa (tokko filadhu): ☐ Itiyoophiyaa ☐ Kan Ityoophiyaa hin taane
7. Lakkoofsa waraqaa eenyummaa kan gandaa: ___________________________________
8. Iddoo jireenyaa(mana dhuunfaa):
Naannoo:_________________________________ Godina/k.magaalaa______________________
Aanaa______________________________________ Magaala________________________________
Ganda______________________________________ Lakk. manaa___________________________
9. Lakkoofsa bilbilaa hanga sadii kenni:
Kan duraa:_______________Kan lammataa: __________________ Kan sadaffaa: ______________
10. Maqaa nama biraa (Yoo tarii sii qunnamuun rakkise): ___________________________________
11. Lakkoofsa bilbilaa nama 2ffaa:
Kan duraa: ____________________________ kan lammataa: ____________________________
12. Toora Imeelii: ____________________________
13. Lakkoofsa eenyumaa dhaabbata Misooma Antarpriinarshiippiitiin(EDI) siif kenname yoo jirate assitti
barreessi _____________________

1
A. Odeeffannoo Iyyataa Dursaa

1. Sadarkaa barnootaa (tokko filadhui):


☐ Barumsa idilee hin qabu. ☐ Leenjii oogummaa
☐ Sadarkaa tokkoffaa gadi ☐ Digrii tokkoffaa
☐ Sadarkaa tokkoffaa (kutaa 8ffaa) ☐ Barnoota universitii waggaa lamaa (dippiloomaa)
☐ Sadarkaa lammaffaa (kutaa 10ffaa) ☐ Digrii lammaffaaf fi isaa ol
☐ Qophaa’ina (kutaa 12ffaa)
2. Hojiiwwan qabaatte hunda dabalatee muuxannoo hojii waliigalaa waggaa meeqa qabda?____________
3. Leenjii anterpirinershipii EDIn kennamu fudhattee jirtaa? ☐ Eeyye ☐ Lakki ☐ Hinyaadadhu
4. Leenjii misooma daldalaa kan EDIn kennamu fudhattee jirtaa? ☐ Eeyye ☐ Lakki ☐ Hinyaadadhu
5. Waa'ee dorgommii kanaa akkamitti barte?
☐ Bilbila/SMS EDI irraa ☐ Email EDI irraa ☐ Marsariitii EDI ☐ Miidiyaa hawaasaa ☐ Hiriyaa
☐ Michuu Qorannoo EDI ☐ Kan biroo _______________ .
6. Guca dhiyyannaa kana guutuuf gargaarsi siif kenname jiraa?
☐ Lakki ☐ Eeyyee, waajjiraalee EDIirraa ☐ Eeyyee, michoota qorannoo EDIirraa
☐ Eeyyee, nama wayiirraa (ibsi) _______________________

B. Waayee daldalichaa

1. Daldalakee keessaa namni biraan qooda qabaa? Yoo eeyyee ta’e, kankee dhibbeentaa meeqaa?
☐ Lakki, 100% kan kooti ☐ Eeyyeen, qoodhni kiyya %_______ dha
2. Daldalli kee indastirii kam keessa jira? (Kan si ilaallatu hunda filadhu)
☐ Daldala qonnaa ☐ Tajaajila Dhuunfaa ykn Daldalaa ☐ keemikaala fii qoricha ☐ Uffataa fii Huccuu
☐ Ijaarsa fii Bu'uuraalee misoomaa ☐ Barnoota fi Misooma dandeettii Ogummaa
☐ Anniisa fii Humna Haaromsaa ☐ Bashannana ☐ Tajaajila Faayinaansii ☐ Nyaata fii Dhugaatii
☐ Eegumsa Fayyaa ☐ Omisha ☐ Sabaahimaa/Gabaa/Kalaqa ☐ Geejjibaa fii Loojistikii
☐ Qabeenyaa fi dinagdee magariisaa ☐ Qinxaaboo fi Raabsaa ☐ Teeknooloojii
☐ Telekomunikeeshinii ☐ Tuurizimii fi Keessummeessitoota ☐ kan biraa: ____________________
3. Wayee oomishaa fi tajaajila keetii gabaabsii ibsi. Maal gabaaf dhiyeessita (yoo guddate jechoota150).

2
4. Daldalli keessan maloota armaan gadii keessaa tokko fayyadamuun beeksisa baasee jiraa? (Kan sirrii
tahe hunda filadhu):

☐ Gaazexaa ☐ Raadiyoorratti ☐ Barullee adda addaatiin ☐ Dalaalaa


☐ Kaardii Beeksisa daldala ☐ Sagalee guddistuudhaan ☐ Kabiroo, ibsi: ______

5. Hayyama daldalaa yeroo ammaa qabduu? ☐ Eeyyee ☐ Lakki ☐ Mirkanaa'aa miti


6. Eeyyee yoo jette, lakkoofsa haayyama daldalaakee barreessi: ____________________________
7. Daldali kee yoom hojii jalqabee? (Ji’a-bara Akka Laakkofsa Awurooppaatti) ____________________

8. Ji’oota 12 darbaniif sirna galmee faayinaansii barreeffamaan qabachuu qabduu? ☐ Eeyyee ☐ Lakki

C. Haala Daldalli kee Amma Irra Jiru (Gaafiiwwan armaan gadii hundafuu, deebii hin
qabdu yoo ta'e, 0 barreessi)

1. Galiin waliigalaa daldalakee kan ji’a darbee baasiin hundi, kan miindaa, kiraa, bittaa meeshaa, fii kan
kana fakkaatan erga bahee booda meeqaa ture? Haala miindaatiin kan abbaa qabeenyaaf
kaffalamees baasitti shallagama. Karaa biraan bu’aa fi kasaaraan jia’a darbee qarshiidhaan meeqaa
turee?
Yoo bu’aaargatte ta’e: BU’AA JI’A DAR BEE:

Yoo kasaaraa ta’e: KASAARAA JI’A DAR BEE:

Sanduuqa armaan olii tokko qofattu guutamuu qaba- sababii isaas daldallii tokko ji’a tokko keessatti
bu’aa yookiin kasaaraa keessaa kan galmeessu tokko qofa, lamaanuu ta’uu hin danda’u
2. Hojjetaa miindaan kaffalamuufi meeqatu jiraa (Osoo iyyataa dursaa/lead applicant/ hindabalatiin – yoo
hin jirre 0 ta’a)?
Dhira: ______ Dhalaa: ______
3. Torbee hojiin akka gaaritti hojjatamutti hojjattootni kee waliigalatti saa'tii meeqa hojjatu? ___________

4. Galiin waliigalaa kee ammaa meeqaa? Ji’a darbe keessa galiin maal irraa akka madisiifame
tarreessi. madda galii hamma jahaatti tarreessuu danddeessa.

Gosa galii Galii ji’a darbee

3
Galii Waliigalaa

5. Baasiin daldalakee ammaa hoo? (Qarshiin) Baasiikee ji’a darbee tarreessi.


Gosa baasii Basii ji’a darbee
Bittaa dhiyeessi/meeshaa

Kiraa

Miindaa

Baasii bulchiinsaa

bishaan, ibsaa, fi tajaajilaaf

Suphaa fi haaromsa

Geejiba

Kan biraa

Baasii waliigalaa

6. Qabeenyi daldalakee tilmaamaa qarshiidhaan 7. liqii/liability/ daldalakee qarshiidhaan


meeqaa? meeqaa?
Gosa Gatii qabeenya Gosa Gatii liqii sirrii
kan sirrii yookaan yookaan
tilmamaan tilmamaan
Maallaqa callaa (fkn., harkarra Liqii wagga tokkotti
kan jiru, kan baankii jiru, kan kaffalamuu qabu
dhaabbbata Liqii fi Qusanna Jiru)
Maallaqa sasaabamu (fkn., liqii Liqii yeroon kaffalttii
daldalaa) wagga tokkoo caala
dheeratu
Inventarii/meeshaa mana kusaa Daldla liqii
jiru
Kabiroo (e.g., Liqii fudhatte, Iqubii Ashuura/Gibira
fudhatte) kaffalamu
Qabeenya dhaabataa liqiiwwan biro

Qabeenya waliigalaa liqii waliigalaa

4
D. Karoora Daldalaa kee (Gaafiiwwan armaan gadii hundafuu, deebii hin qabdu yoo
ta'e, 0 barreessi)

1. Mata duree karoora daldala kee babal’isuu (karoora daldalakee mata dureen ibsi):

2. Yoo baay’ate jechoota 200 fayyadamuun karoora daldalaa kee babal’isuu keewwatte ibsi:

3. Galma /kaayyoo daldala keetii addatti ibsa (Yoo baay’ate jechoota 150 hincaalleen)

5
4. Tarsiimoo daldala kee babal’isuuf fayyadamtu ibsi (Yoo baay’ate jechoota 200 hincaalleen)

5. Faayidaa dorgommii dorgomtoota industirii irratti qabdu ibsi (Yoo baay’ate jechoota 150 hincaalleen)

6
6. Yoo badhaasa olaanaa 500,000 ETB injifatte, maallaqa kana yaada daldalaa kee dhiheessite hojiirra
oolchuuf akkamitti akka fayyadamtu ibsi (jechoota 150 hincaalleen)?

7. Badhaasa olaanaa 500,000 ETB yoo injifatte, waggaa tokko booda hojjettoota yeroo guutuu kaffaltii
argatan meeqa qabaatta jettanii eegdu? (Iyyataa dursaa osoo hin dabalatin – yoo hin jirre 0):

8. Yoo ETB 500,000 injifatte, galiin ji'aa kee WAGGAA TOKKO BOODAA tokkoon tokkoon gosoota armaan
gadii keessaa maal ta'a jettanii eegdu?

Ibsa galii Tilmaama galii ji’aan


Gurgurtaa meeshaalee/tajaajilaa

Kiraa

Komishinii gurgurtaa

Kan biraa

Tilmaama galii waliigalaa

9. Yoo ETB 500,000 injifatte, baasii ji'aa kee WAGGAA TOKKO BOODAA tokkoon tokkoon gosoota armaan
gadii keessa maal ta'a jettanii eegdu?

Ibsa baasii ji’aan Tilmama baasii ji’aan


Bittaa dhiyeessi/meeshaa

Kiraa

Miindaa

Baasii bulchiinsaa

bishaan, ibsaa, fi tajaajilaaf

Suphaa fi haaromsa

Geejiba

Kan biraa

Baasii waliigalaa

7
E. Labsii
****************************************
Guca dhiyyannaa kana yommuun guutu, ani, iyyataan dursaa, qabiyyee guca dhiyyannaa kana
keessa jiru waanan dubbiseef odeeffannoon guutame hundi dhugaa fi dhaabbata koo kan bakka bu’u
ta’uu isaa nan mirkaneessa. Gaafiwwan hundaaf deebii kennuun haala duree dorgommii kanaa ta’uu
isaa nan hubadha. Odeeffannoon kun badhaasni osoo hinkennamiini dura kan sakata’amee soba
yoo qabaate dorggomiidhaan ala akkan ta’us nan hubadha.

Mallattoo iyyataa dursaa: ___________________________ Guyyaa: _________________________

Yoo jiraate Sammuuda/chaappaa daldalichaa

You might also like