You are on page 1of 30

\++

Waajjira Paablik Sarvisii Misooma


Qabeenya Namaa Bu/Mag/Shaambuutti

KAROORA WAGGAA Bara 2013

Kan Adeemsa MQN


Adoolessa, 2012
Shaambuu

i
ii
HAALA WALIIGALA
1.1. Seensa
Waajjirri Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Magaalaa aangoo fi gahee hojii
labsii lakk 213/2011’n kennameef irratti hundaa’uun Ijaarsa humna raawwachiisummaa fi
sirna hoggansa qabeenya namaa hojii irra oolchuudhaan tajaajila hawaasni dhaabbilee
dhuunfaa irraa hin arganne ykn kutaa hawaasaa gatii gabaa kanfalee argachuu hin
dandeenyeef tajaajila kennaa, kenniinsa tajaajilaa naannichaa si’ataa, qulqullinaa fi
qaqqabamaa akkasumas bu’a qabeessa akka ta’uuf Karoora waggaa kudhanii(2013-2022)
baafate jiru keessaa Gareen Karoora Misoomaa fi Bobba’insa Qabeenya Namaa karoora
waggaa bara 2013 karoorfatee jira.

Baroottan tarsiimoo darban keessattis kenniinsa tajaajila manneen hojii fi dhaabbilee


misooma mootummaa fooyyessuuf Meeshaaleen jijjiiramaa qindaa’aa hojiirra akka oolan
taasisuu, Bulchiinsi gaariin magaalicha keessatti lafa qabsiisuu, sirna hoggansaa fi
misooma qabeenya namaa magaalicha diriirsuu fi bu’a qabeessa taasisuu, dandeettii
raawwachiisummaa cimsuu, gorsa ogummaa, hordoffii fi madaallii dhimmoota kanneen
irratti gaggeessuu fi kanneen biroon hojiiwwan ijoo raawwatamaa turanidha.

Baroottan darban keessatti hojiiwwan bal’aan hojjetamanis, kaayyoolee tarsima’oo fi


hojiiwwan gurguddoon akka karooraatti qabaman karaa guutuu fi tarsiimo’aa ta’een
hojiitti hiikuudhaan milkaa’ina barbaadamu fiduun kan hin danda’amne ta’uusaa
madaallii fi gamaggamni KGT II (2008-2012) gaggeeffame ni agarsiisa.

Paablik sarviisiin haala baratameen gurmaa’insa, hojimaataa, ilaalchaa fi dandeettii


moofaa ta’een hogganamu bu’aa barbaadamu fiduu hin danda’u. Bu’uura irraa jijjiiruun
humna imaammattootaa fi tarsiimowwan kallattii hundaan jiran hojiirra oolchuun gaaffii
ummataatiif deebii kennuu danda’u uumuun murteessaa dha. Haaluma kanaanis aadaa
hojii manneen hojii magaalicha bu’uura irraa jijjiiruun pabliik sarvaantii sirna gahumsa
dandeettii diriiru keessa darbee raawwii hojii sadarkaa olaanaan raawwatu uumuun
barbaachisaa waan ta’eef karoora bara 2013 kana keessatti xiyyeeffanno kan irratti
hojjetamu ta’a.

3
Karoorichi kutaa adda addaa kan qabu yoo ta’u kutaa inni duraa xiinxala haala waliigalaa
gamaggama KGT lammaffaa keessatti deemsifame yoo ta’u, Kutaan lammaffaa ammoo
sakatta’iinsa haalawwanii kan xiinxala aangoo fi gahee godinicha, xiinxala fedhii
maamilaaf dhimmamtootaa fi haala keessaaf alaa ibsudha. Kutaa sadii hanga shanii haala
karoora tarsiimoo fi hojiirra oolmaa isaa kan agarsiisudha. Kutaa inni dhumaa sirna
hordoffii, gamaggama fi duubdeebi raawwii tarsiimoo biirichaa itti raawwatamu kan
agarsiisudha

1.2. Barbaachisummaa Karoora 2013 Godinichaa


Qorannoo gahumsaa fi bu’a qabeessummaa akka magaalaatti qoratame irratti hundaa’uun
hanqinaalee adda bahan giddugaleessa godhachuun gurmaansi irra diriire bu’aqabeessa
taasisuuf tarsiimoo waggaa kudhanii dhimmotta hoggansa qabeenya namaa fi
fooyya’iinsa kenniinsa tajaajilaa irratti xiyyeeffate akka qophaa’u ta’ee jira.

Haaluma kanaan karoora tarsiimoo waggaa kudhanii qophaa’e keessatti dhimmootni


ijoon bara 2013 irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaban hoggansa qabeenya namaa,
fooyya’iinsa kenna tajaajilaa, itti fayyadamaaf fayyadamummaa teekinoolojii guddisuun
pabliik sarvisii ammaayyaa’ee fi imaammataa fi tarsiimoo biyyattii gahumsaan
raawwachuu danda’u uumuun barbaachisaa waan ta’eef karoorri tarsiimoo waggaatti
caccabee raawwatamuun barbaachisaa ta’ee jira.

1.3. Ka’umsa karoorichaa


1.3.1. Haala waliigala Waajjira PSMQN
Mootummaan naannoo oromiyaa labsii lakk 213/2011 tiin waajjirri paabilik sarvisii fi
misooma qabeenya namaa magaalaatif aangoo fi gahee hojii 33 ta’an kennee jira. Aangoo
fi gaheen labsiin kenname kun yoo xiinxalamu ergama Hooggansa qabeenya namaa,
gurmaa’insaa fi hojimaata magaalicha hammayyeessuun ga’umsaa fi bu’a qabeessummaa
paablik sarvisii mirkaneessuun fayyadamumma ummataa dabaluudha. Haaluma kanaan
waajjirichi dhimmoota hoggansa qabeenya namaa ammayyeessuu fi fooyya’iinsa kenna
tajaajilaa irratti xiyyeeffatee hojjeta. Karoorri kunis dhimmoota xiyyeeffannoo
waajjirichaa ta’an kana akka ka’umsaatti fudhachuun kan qophaa’e dha.

4
waajjirri sadarkaa magaalaa irraa kaasee hanga sadarkaa gandaatti gurmaa’insa diriirse
fayyadamuun ergama itti kenname kana hojii qabatamaatti hiikuuf kan hojjetu ta’a.
Gurmaa’insa waajjirichaa ilaalchisee sadarkaa magaalaatti adeemsaalee ijoo 6 qabu yoo
ta’u sadarkaa kanatti hojjettoota baay’inni isaanii dhi 12 fi dub 15 walitti 27 ta’e qaba.
Caasaa gara gadii ilaalchisee sekteraa 26 fi Ganda 2 keessatti ammoo waajjiralee
PSMQN tarsiimoo kana sadarkaa isaaniitti hojiitti hiikuu dandeessisuu qaba. Dabalataan
ammoo sadarkaa gandaatti caasaa gandoolee 176 nama tokkoo (manaagera gandaa)
diriirsee raawwiin tarsiimoo kun kallattiin hawaasa sadarkaa sana jiru akka qaqqabu ni
taasisa.

Walumaagalatti, hojimaataa fi gurmaa’insa waajjiirichaa kan sadarkaa magaalaa irraa


kaasee hanga gandaatti jiru kana akka ka’umsa karoora kanaatti fudhatamee jira.

1.3.2. Xiinxala Raawwii KGT Lammaffaa

Waajjirri Paablik sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Magaalaa Aangoo fi gahee hojii
isaaf kenname irrattii hundaa’uun toora xiyyeeffannoo sadii adda baafate ture. Haaluma
kanaan toorota xiyyeeffannoo adda bahan milkeessuuf kaayyoole tarsiima’aa waggaa
shaniif diriirse wagga waggaan qooqqodee hojjataa ture jira. Milkaa’uu fi milkaa’uu
dhabuu isaaaniif xiinxalli armaan gadii gaggeeffame jira.

Dagaagina aadaa hojii jaarmiyaale mootummaa milkeessuuf hojimaata sirna


gaafatamuummaa qopheessuu fi hojirraa olchuu, hojimata badaa kan akka
kiraasassaabdummaa dhabamsiisuu, itti quufinsaa hojjatootaa guddiisu, dandeettii
kalaqaa fi hoggansaa jijjiramaa foyyeessu irratti hojiin hojjatame laafina kan qabu akka
ta’e gamaaggama gaggeeffame irraa hubachuun danda’amee jira. Xiinxala taasifame kana
irraa akka hubatamutti paabliik sarviisiin magaalna keenyaa ilaalchaa misooma’aa ta’e
akka qabaatuu taasiisuuf karoorsuun ala hojii qabatamaan hojjatamee akka hin jirre dha.

Humna raawwachiisummaa ijaaruu ilaalchisees gurmaa’insaa fi hojimaata mijaawaa


qorachuu, hordofuu fi deeggaruun manneen hojii magaalichaa keessatti akka hojii irra
oolu gochuu fi ga’uumsaa fi bu’a qabeessummaa qabeenya namaa guddisuun kenniinsa
tajaajilaa fooyyessuu fi rakkolee bulchiinsa gaarii hiikuudhaan itti quufiinsa ummataa
mirkaneessuuf yaadamee kan hojiirra oole dha.

5
Raawwiin toora xiyyeeffannoo Ijaarsa Humna Raawwachiisummaa waggoottan shan
darbe kanaa yeroo xiinxalamu raawwii manneen hojii fooyyessuu ilaalchisee sababa
rakkooleen ijoo ta’an kan akka; deggarsii fi hordoffii taasiifamu raawwii waliigalaa
manneen hojii kan hammatu ta’uu dhabuu, manneen hojii duubdeebii isaaniif kennamu
sirnaan hojirra olchuu dhabuu fi leenjiin kennamu fedhii irrattii hundaa’ee karaa itti
fufiinsa qabuun gahumsaan kennamu dhabuu irraa kan ka’ee manneen hojii raawwii
tarsiimoo isaanitiin sadarkaa olaana fi darán olaan keessa galan 5 qofa ta’uu agarsiisa.

Dabalataanis kenna tajaajilaa fooyeessuu ilaaalchisee gama manneen hojiitiin jijjiiramni


barbaadamu kan hin dhufnee fi raawwiin waggoottan shanii 68% qofa ta’uu hubachuun
danda’amee jira. Dandeettii raawwachiistummaa cimsuu ilaalchisee leenjiin kennamu
qulqullina kan hinqabne, jijjiiramni leenjiin booda dhufe kan hinjirre, carraan barnootaa
hojjattootaaf kennamu fedhii humna namaa manneen hojii irratti kan hundaa’e waan hin
ta’iniif raawwiin isaa 38.7% irratti madaalamee jira.

Gurmaa’insaa fi hojimaata maanneen hojii fooyyessuu ilaalchisee, gaaffilee faayidaalee


adda addaa dhiyaatanii fi gurmaa’insa mijataa ta’ee argachuuf dhiyaataniif deebiin gahaa
ta’ee kan kenname ta’uullee sadarkaan raawwii bulchiinsa gaarii 68.5% qofa ta’ee
argameera. Ragaan kun kan agarsiisuu gurmaa’insaa fi hojimaata manneen hojii
mootummaa foyyeessuuf hojiin hojjatame haala barbaadameen sadarkaa raawwii
bulchiinsa gaarii kan hin foyyeessin ta’u isaati.

Qajeeltoowwan bulchiinsa gaariii ilaalchisee olaantummaa seeraa, hirmaachisummaa,


iftoomina, gaafatamummaa, waligalteerra gahuu, deebii hatattamaa kennuu, al-
loogummaa, gahuumsaa fi bu’aa qabeessummaa qajeeltoowwan jedhaman hojiirra
oolchuun kenniinsa tajaajiilaa manneen hojii magaalichaa keessatti kennamu itti
quufiinsaa, amantaa fi fayyadamummaan ummata magaalichaa kan mirkaneesse akka
ta’uu taasiisuuf hojjetamaa turee jira.

Akka waliigalaatti, qajeeltoowwan bulchiinsa gaarii manneen hojii keessatti akka hojirra
olan hojimaata qopheessuu, leenjii kennuu, rakkoolee bulchiinsa gaarii adda baasuu fi
karoorsuu, koreewwan dhaabuu, bu’aan ummataaf argamsiise garuu gadii aanaa akka ta’e
dha. Kanaafuu, karoora itti aanuu keessatti hojiirra oolmaan qajeeltoowwan bulchiinsa
gaariitiif ka’umsa akka ta’utti agarsiistuuwwan kenniinsa tajaajilaa fayyadamuun

6
sakatta’iinsa sadarkaa kenniinsa tajaajilaa manneen hojii mootummaa fi dhaabbilee
misooma mootummaa adda baasuun ka’uumsa sirreeffachuu fi kaayyoolee, tarkaanfiile
tarsiima’aa, agarsiistuuwwan bu’aa raawwii fi safartuulee jiran irra deebi’anii ilaaluu fi
foyyeessun barbaachiisa dha.

2.1. Ergama, Mul’ataa fi Duudhaalee

2.1.1. Ergama

Hooggansa qabeenya namaa, gurmaa’insaa fi hojimaata Magaalichaa hammayyeessuun


ga’umsaa fi bu’a qabeessummaa pabliik sarvisii mirkaneessuu.

2.1.2. Mul’ata

Bara 2022 tti pabliik sarvisii gahumsi fi bu’a qabeessummaan isaa mirkanaa’e uumuu
dha.

2.1.3. Duudhaalee

 Itti-Gaafatamummaa

 Jijjiiramaaf qophaa’uu

 Gareen hojjechuu

 Teeknoolijii fayyadamuu

 Miira Tajaajjiltummaa

 Ogumma’uu (Professionalism)

TOORA XIYYEEFFANNOO

3.1. Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo


7
Aangoo fi gahee hojii Godina pabliik sarvisii fi misooma qabeenya namaaf kenname,
xiinxala raawwii KGT lammaffaa, Mul’ataa fi Ergama biiroo keenyaa giddugaleessa
godhachuun biiroon keenya toora xiyyeeffannoo lama qopheessee jira. Isaanis
Hooggansa qabeenya namaa Ammayyeessuu fi Ijaarsa Humna raawwachiisummaa ti.

Gabatee Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo


Lakk Toora Xiyyeeffannoo Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo
1 Hooggansa qabeenya namaa Ga’umsaa fi bu’a- qabeessummaa qabeenya
ammayyeessuu namaa mirkanaa’e.
2 Fooyya’iinsa Kenniinsa Tajaajilaa Tajaajila qulqulluu fi qaqqabamaa ta’e
Pabliik Sarvisii

3.2. Ibsa Toora Xiyyeeffannoo tokkoffaa:


Hooggansa Qabeenya Namaa Ammayyeessuu

Ce’umsa pabliik sarvisii mirkaneessuu fi ergama mana hojii dhugoomsuu keessattis


qabeenyi namaa shoora bakka bu’iinsa hin qabne qaba. Akka WaajjiraPabliik Sarvisii fi
Misoomaa Qabeenya Namaa godinaattis, dhimmi hooggansa qabeenya namaa
ammayyeessuun utubaa milkaa’inaa keenyaa ta’ee kan irratti hojjetamu ta’a. Hooggansa
qabeenya namaa yommuu jedhamus raawwii qabeenya namaa (human resource process)
marsaa adda addaatti raawwataman of keessatti qabata.

Utubaa kana milkeessuufis, dhimmi hooggansa qabeenya namaa godinichaa fooyyessuu


xiyyeeffannoon kan irratti hojjetamu ta’a. Kunimmoo qabeenya namaa ga’umsarratti
hundaa’e (competency based) horachuu fi sirna foo’annoo fi filannoo qabeenya namaa
fooyya’aa ta’e qopheessuun ga’umsaan raawwachuu gaafata. Kanaafis, hammata
gahumsa qabeenya namaa hojiirra oolchuu fi gahumsaa fi bu'a qabeessummaa qabeenya
namaa (competency certification) mirkaneessuun murteessaadha. Kana malees, sirna
qabiinsa ragaa fi hooggansa odeeffannoo qabeenya namaa hammayyaa’aa ta’e diriirsuun
hojiirra oolchuun hojii ijoo sirna hooggansa qabeenya namaa fooyyeessuuf hojjetamu
ta’a. Sirna madaallii fi beekkamtii hojjetaa mootummaa diriirsuun raawwii hojii hojjetaa
mootummaa madaalaa deemuunis dhimmoota xiyyeeffannoon hojjetaman keessaa
tokkoodha.

8
Karaa biraan immoo sirna misooma qabeenya namaa ga’umsa qabu qopheessuun
qabeenyi namaa naannichaa tarsiimoon akka hoogganamu taasisuunis dhimma ijoodha.
Kanaafis, bara tarsiimoo kana keessatti, imaammata misooma qabeenya namaa
qopheessuun hojiirra oolchuu, karoora tarsiimoo misooma qabeenya namaa naannichaa
qopheessuu, carraawwan barnootaa fi leenjii fedhii fi karoora barnootaa fi leenjii
naannichaa irratti hundaa’e qopheessuu fi kennuun biyya keessattis biyya alaatti carraa
kennamuun pabliik sarvisii naannichaa misoomsuun, akkasumas sagantaan misooma
dhuunfaa hojiirra oolchuun kan hojjetamu ta’a. Jijjiiramni qabatamaa fi raawwii hojii
barnootaa fi leenjii boodaa dhufes sirnaan sakatta’amee kan qabamaa deemu ta’a.

Aadaa fi naamusa gaarii pabliik sarvisiin itti bitamu bu’ureessuu fi ogummaa’uu pabliik
sarvisii mirkaneessuun aadaa hojii fooyyeessuunis baay’ee barbaachisaadha. Kana
malees, raawwatamummaa seeroota, danbiiwwan fi qajeelfamoota raawwii hojii
hooggansa qabeenya namaa mirkaneessuun barbaachisaadha. Kanarra darbees, qulqullina
murtii bulchiinsaa fooyyeessuun badiiwwan bulchiinsaa seerota qabeenya namaarratti
calaqqisan xiqqeessuunis dhimma xiyyeeffannaan ilaalamuudha.

3.1. Ibsa Toora xiyyeeffannoo lammaffaa


Fooyya’iinsa kenniinsa tajaajilaa Pabliik Sarvisii

Dandeettii raawwachiisummaa cimsuun wabii milkaa’ina galmoota gama ijaarsa sirna


dimokiraasii, guddina misooma diingdee fi bulchiinsa gaariitiin qabame dhugoomuu kan
danda’u yoo dandeettiin raawwachiisummaa humnoota misoomaa (mootummaa,
ummataa) cimaa ta’e uumame qofaadha. Bakka dandeettiin raawwachiisummaa cimee
hin jirretti jijjiirama qabatamaa galmeessisuun gonkumaa hin danda’amu. Toora kana
milkeessuuf immoo dhimmoonni ijoon akka raawwii manneen hojii fooyyessuu,
dandeettii raawwachiisummaa pabliik sarvisii fooyyessuu, hojimaata Sirna madaallii fi
beekkamtii bu’a qabeessa taasisuu akksumas gurmaa’insaa fi hojmaata manneen hojii
naannichaa fooyyessuun Kenniinsa tajaajila manneen hojii qaqqabamaa fi qulqulluu akka
ta’u xiyyeeffannoo guddaadhaan kan irratti hojjetaman ta’a.

Kanaafuu keenniinsa tajaajila pabliik sarvisii fooyyessuu yeroo jennu humna


raawwachiisummaa ijaaruu of keessatti hammata. Kana jechuun gurmaa’insaa fi

9
hojimaata mijaawaa qorachuu, hordofuu fi deeggaruun manneen hojii naannichaa
keessatti akka hojii irra oolu gochuu fi bu’aqabeessummaan gurmaa’insa hojiirra oolee
sadarkaa irra jiru sakatta’uun sirreeffama barbaachisaa taasisuudha.

Haaluma wal fakkaatuun rifoormii hojii irra oolchuu, raawwii isaa hordofuu, qorannoo fi
qo’annoo gaggeessuu, deeggarsa ogummaa fi barumsaa fi leenjii fedhii irratti hundaa’e
kennuu yommuu ta’u, kana mirkaneessuuf ammoo hojiilee rifoormii jalqabamanii hojii
irra oolaa jiran karaa guutuu ta’een hojii irra oolchuu irratti xiyyeeffatamee ni hojjetama.
Hojii irra oolmaa isaanii ilaalchisee ciminaafi hanqinaalee mul’atan qorannoodhaan
addaan baasuun akkasumas rifoormiiwwan haaraa qorachuun maamileessuu irratti bifa
ittifuufiinsa qabuun hojii irra akka oolu taasisuun ce’umsi jaarmiyaalee (institutional
transformation) mirkanaa’ee ilaalchi siyaas-diinagdee, hawaasummaa fi misoomaa ol-
aantummaa hanga argatutti xiyyeeffannoo ol-aanaan itti kennamee ni hojjatama.

Gama biraatiin ammo qajeeltoowwan bulchiinsa gaarii kanneen akka olaantummaa


seeraa, hirmaachisummaa, iftoomina, gaafatamummaa, waliigalteerra gahuu, deebii
hatattamaa kennuu, al-loogummaa, gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa sirnaan hojii irra
yoo oolaniidha. Bulchiinsa gaarii mirkaneessuun nageenya amansiisaa fi waliin jireenya
hawaasaatiif akkasumas ijaarsa sirna dimokiraasii keessatti qooda guddaa qaba. Hojii
gama kanaan hojjatamu qajeeltoo bulchiinsa gaarii karaa guutuu ta’een hojii irra
oolchuudhaan itti gaafatamummaa akka sirnaatti mirkaneessuu fi ummatni dhimmoota
siyaas-dinagdee fi hawaasummaa naannoo fi biyya keessatti bal’inaan akka hirmaatu
dandeessisuu dha.

Bulchiinsi gaariin ummata adda addaa kan dhimmi isaan ilaallatu irratti jalqabaa eegalee
hanga raawwii isaatti sirriitti irratti hirmaachuun miira abbummaa akka qabaatan kan
taasisu, dhimmoota gurguddoo kan akka mul’ataa, kaayyoo fi galmaa irratti ilaalcha
waliinii qabaachuun akka kaayyoo tokkoof waliin hojjetan kan taasisu, rakkoo
qabatamaan ummataa sirriitti dhaggeeffatamee yeroon furmaata (deebii) akka argatu kan
taasisu qajeeltoo misoomni itti fufiinsa qabu, nagaa fi diimokiraasiin ittiin
mirkanaa’uudha.

Walumaagalatti toora xiyyeeffannoo kana milkeessuuf kaayyolee tarsiima’oon akka


Istaandaardii raawwii kenniinsa tajaajila manneen hojii fooyyessuu, Aadaa mana hojii

10
fooyyessuu, Dandeettii fi beekumsa Qabeenya namaa Fooyyessuu fi kan biroon
xiyyeeffannoon kan irratti hojjetaman ta’u.

3.2. Toora Xiyyeeffannoo fi Kaayyolee Milkeessan

Toorri xiyyeeffannoo mana hojii adda bahe kaayyoolee tooricha milkeessuu danda’anitti
caccabee hirmaannaa qaama mana hojichaa hunda karaa mul’isuun taa’uu qaba. kanaafuu
toora xiyyeeffannoo adda bahan kana kaayyoleen milkeessan gabatee armaan gadii
keessatti ibsamee jira.

Gabatee toora xiyyeeffannoo fi kaayyolee milkeessan

Toora xiyyeeffannoo1ffaa : Toora xiyyeeffannoo 2ffaa:


Hoggansa Qabeenya Namaa Ammayyeessuu Fooyya’iinsa Kenniinsa Tajaajilaa Pabliik
Sarvisii
Bu’aa: Bu’aa:
Bu’a qabeessummaa Pabliik Sarvisii Kenniinsa Tajaajila pabliik sarvisii
mirkanaa’e. Fooyya’e
Kaayyowwaan Tarsimo’aa Kaayyowwaan Tarsimo’aa
Amantaa Maamilaa guddisuu Amantaa Maamilaa guddisuu
Itti quufiinsa Maamilaa guddisuu Itti quufiinsa Maamilaa guddisuu
Fayyadamummaa Maamilaa guddisuu Fayyadamummaa Maamilaa guddisuu
Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa
ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu
Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa
ittifayyadama baajataa fooyyeessuu ittifayyadama baajataa fooyyeessuu
Dandeettii fi Beekumsa Qabeenya namaa Dandeettii fi Beekumsa Qabeenya namaa
Fooyyessuu Fooyyessuu
Raawwii seerota hooggansa qabeenya namaa Istaandaardii raawwii kenniinsa tajaajila
fooyyeessuu manneen hojii fooyyessuu
Kenniinsa murtii bulchiinsaa Hojjettoota Bu'a qabeessummaa Gurmaa'insaa Pabliik
Mootummaa fooyyessuu Sarvisii fooyyessuu
Bu'a qabeessummaa Gurmaa'insa Pabliik Aadaa mana hojii fooyyessuu
Sarvisii fooyyessuu
Sirna bulchiinsa qabeenya namaa Tarsiimoo Qabeenya Namaa Naannichaa
Ammayyeessuu Fooyyessuu

11
Dandeettii raawwachiisummaa sektaricha Dandeettii raawwachiisummaa sektaricha
fooyyeessuu fooyyeessuu
Dhiyeessii fi itti fayyadama Teknolojii Dhiyeessii fi itti fayyadama Teknolojii
guddisuu guddisuu
Aadaa fi naannoo hojii fooyyeessuu Aadaa fi naannoo hojii fooyyeessuu

KALLATTII MADAALLII, KAAYYOLEE TARSIIMA’AA FI SAFARTUU


RAAWWII

4.1. Kallattii Madaallii


Kallattiin madaallii bu’aa raawwii tarsiimoo karaa walitti hidhamiinsa qabuun madaaluu
akka dandeenyu Kan mul’isu dha. Kana jechuunis walitti hidhamiinsa bu’aalee duraa
(leadining factors) fi bu’aalee boodaa (lagging factors) madaaluu jechuudha. Haaluma
kanaan kallattiiwwan madaallii karoorichaa akka armaan gadiitti eeramanii jiru.

 Lammiilee /maamiltoota(customer perspective)


 Faayinaansii (Financial Perspective)
 Adeemsa hojii keessaa(internal process perspective)
 Ijaarsa Dandeettii (Capacity Building perspective)

4.2. Kaayyoolee Tarsiima’aa fi Safartuu isaanii

Kaayyoleen tarsiimo’aa toora xiyyeeffannoo filataman milkeessuuf kan qophaa’ani dha.


Kaayyoleen tarsiimo’aa hojiiwwan bara karoorichaatti hojjetamaniif ka’umsa ta’u.
Bu’aan yookiin milkaa’inni kaayyolee tarsiimo’aa kan safaraman akkaatuma amala
bu’aalee isaan irraa egamuun waggoottan bara tarsiimoo keessatti ta’ee, galma
kaayyoolee tarsiimo’aa kanneen bu’uura godhachuudhaan hojiiwwan bara karoorichaatti
hojjetamaniif ka’umsa ta’u. Raawwiin kaayyolee kanaas waggaa waggaan ni qophaa’a.

Kaayyolee tarsiima’oon yommuu filatamanis, toora xiyyeeffannoorraa kan maddan ta’u;


aangoo fi gahee hojii mana hojii waliin kan walitti hidhatan, fedhii maamilaa deebisuu
yookin guutuu kan danda’an, tarkaanfilee tarsima’oo, sagantaalee fi hojiiwwan
gurguddootti caccabuu kan danda’an, tajaajila manni hojichaa kennu kan agarsiisu ta’uu;

12
bu’aa akeekuu(agarsiisuu) kan danda’u, bu’aan raawwiisaas safaramuu kan danda’u,
adeemsa agarsiisuu kan danda’u, itti fufiinsa kan qabu ta’uu fi leecalloo mana hojii giddu
galeessa kan godhate ta’uu qaba. Qabxiilee kana Kana bu’ura godhachuudhaan
kaayyoolee tarsimoo’aan kudha jaha adda bahanii jiru.

Gama biraan ammoo safartuun raawwii kaayyolee tarsiima’oo sadarkaa milkaa’inaa


(impact) ykn bu’aa (out come) isaa madaaluuf meeshaa dandeessisu dha. Safartuun
raawwii akkaataa kallatti madaallii taa’aniitiin bu’aa safaruuf kan dandeessisu ibsa bu’aa
agarsiistuu (result indicator) dha. Safartuuwwan tokkoon tokkoon kallattii madaallii
jalatti addaan ba’anii kaayyolee taa’an sadarkaa raawwii (milkaa’uu fi milkaa’uu dhabuu)
isaanii madaaluuf kan gargaaran agarsiistuu bu’aaleeti. Safartuuleen raawwii gaaffilee
bu’uuraa lama deebisuuf nu gargaaru. Isaaniis: Hojiiwwan sirriitti hojjanne? Ykn
hojiiwwan akkamitti hojjenne? fi Hojiiwwan hojjetamuu qaban hojjenneerraa? Ykn maal
hojjenne? kan jedhanidha

Faayidaa safartuulee raawwii qaban hedduu ta’us faayidaalee ijoo keessaa tokko
milkaa’ina kaayyoolee tarsiimoo’aa mirkaneessisuuf xiyyeeffannoo guutuu hoggantootaa
fi raawwattootaa/hojjettootaa walitti qabachuuf ni gargaaru. Dabalataan ammoo
hoggantoonni fi hojjettoonni dhimmoota bu’aa fidan irratti akka xiyyeeffatan
gochuudhaan tarsiimoon qophaa’e sirriittii hojjechuu isaa mirkaneeffachuuf ni
dandeessisu. Akkasumas sadarkaa raawwattootaa hundaatti bu’aalee eegaman ifa
gochuudhaan raawwattoota gidduutti walii galtee uumuuf akkasumas bu’a
qabeessummaa fi dadhabbina raawwii keenya adda baasuurratti akka meeshaatti ni
tajaajilu.
Kanuma bu’ura godhachuudhan safartuulee raawwii raawwii kaayyoon ittiin safaramuu
danda’u ulaaga walitti dhufeenyaa (Relevance), lakkoofsa safaramuu (Quantitative),
mijaawaa (Accessibility) sadarkaa hundaatti hiika tokko (common definition), walitti
hidhamiisa tarsiimoo waliinii (Linkage to strategy)fi salphaatti hubatamuu, (Ease of
understanding) jedhu fayyadamuun safartuulee raawwii milkaa’ina seektara keenyaa
safaruuf siirriitti nu dandeessisan akka armaan gadiitti tarreessuun filatamaniiru.*/l
Gabatee Kaayyolee Tarsiima’oo fi Safartuu isaanii
La KM Kaayyoo Ulf Agarsiistuu Raawwii Ulfa

13
aat
atina
ina
1. Amantaa Maamilaa 7  Amantaa Maamilaa dabale %’n 7
guddisuu
Maamila 2. Itti quufiinsa 7  Ittiquufiinsa Maamilaa dabale %’n 7
(20) Maamilaa guddisuu
3. Fayyadamummaa 6  Qulqullina tajaajilaa dabale %’n 3
  Maamilaa guddisuu  Uwwisa taajaajilaa dabale %’n 3
5. Gahuumsaa fi bu’a 7  Qisaasama qabeenyaa hir’ate %’n 3
Faayina qabeessummaa  Tarkaanfii sirreeffamaa fudhatame
ansii ittifayyadama %’n
(15) qabeenyaa 2
fooyyessuu
6  Hojjetaa carraa haqa qabeessa fi
5. Aadaa mana hojii walqixa argatan %’n 1
Adeema fooyyessuu  Sirna quunnamtii fooyya’e % 1
sa
 Ittifayyadama yeroo fooyya’e % 1
keessaa
(45)  Walitti bu’iinsa iddoo hojii hir’ate 1
   Baay’ina MH Istaandaardii Aadaa
2
hojiirra oolchan
6.Danpdeettii  Baay’ina hojjetaa Leenjii argate 2
raawwachiisummaa
Biirichaa fooyyeessuu  Raawwii hojii hojjettootaa fooyya’e 2
7. Aadaa fi naannoo 7 %
 Reetii hafiinsaa(absenteeism) 1
hojii fooyyeessuu  ittiquufiinsa hojjetaa dabale%’n 2
Ijaarsa  Gadilakkisa hojjetaa xiqqaate %’n 1
Dandeet  Alnaamusummaa xiqqaate 1.5
tii (0)
 Adeemsaalee hojii Istaandaardii
Aadaa mana hojii hojiirra oolchan 1.5
  %

14
9.1. Gabatee Karoora Kaayyolee tarsiimoo waggaa 10
Ul

2013
safart

manii

aa 10
wagg
gosa

ka'u
KM f

msa
Ulf
Kaayyoo Agarsiistuu Raawwii
1.Amantaa Maamilaa guddisuu 7 Amantaa Maamilaa dabale %’n 7 % 35.5 85 40
2. Itti quufiinsa Maamilaa 7 Ittiquufiinsa Maamilaa dabale %’n
Maamila (20) guddisuu 7 % 38.4 85 40
3. Fayyadamummaa Maamilaa 6 Qulqullina tajaajilaa dabale %’n 3 % 36.8 85 40
guddisuu Uwwisa taajaajilaa dabale %’n 3 % 38 95 50
4. Gahuumsaa fi bu’a 7 Qisaasama qabeenyaa hir’ate%’n 3 % 2 0 1.6
Faayinaansii
qabeessummaa ittifayyadama Tarkaanfii sirreeffamaa fudhatame %’n
(15)
qabeenyaa fooyyessuu 2 % 20 100 100
Adeemasa 5. Dandeettii fi beekumsa 5 Baay'ina carraa barnootaa kenname
Qabeenya namaa Fooyyessuu lakk 1.25 Lak 5 40 4
keessaa (45)
Baay'ina leenjifamaa dabale lakk 1.25 Lak 520 40000 4000
Dandeettii leenjii booda dabale% 1.25 % 0 85 53
Sadarkaa barnootaa dabale % 1.25 % 0 85 53
6. Bu'a qabeessummaa 5 Walirra bu’iinsa aangoo fi gahee hojii
Gurmaa'insa Pabliik Sarvisii hir’ate % 1 % 0 100 100
fooyyessuu Gita hojii hojjetaa Saatii 8
hojjechiisuu hin dandeenye hir’ate % 1 % 0 100 100
Gurmaa'insa hin barbaachisne hir’ate 1 % 0 100 100
Gaaffii Gurmaa’insa haaraa deebii
argate % 2 % 100 100 100
7. Sirna bulchiinsa qabeenya 8 Al-naamusummaa hojjetaa xiqqaate 1 % 21 0 19
namaa Ammayyeessuu % ragaa qabeenya namaa ICSMIS’n 10 100 40
qindaa’e 1.5 %
Sirna Filannoo fi fo’annoo fooyya’e % 60 100 70
1.5 %
8. Tarsiimoo Qabeenya Namaa 5 Imaammata qabeenya namaa qophaa’e 1.5 lakk 0 1 1
Godinichaa Fooyyessuu Tarsiimoo qabeenya namaa qophaa’e 1.5 lakk 0 1 1

15
9.  Aadaa mana hojii 6 Sirna quunnamtii fooyya’e % 1 % 0 90 55
fooyyessuu Ittifayyadama yeroo fooyya’e % 1 % 30 90 55
Walitti bu’iinsa iddoo hojiihir’ate 1 % 0 90 55
Baay’ina MH Istaandaardii Aadaa 2 lakk 0 54 54
hojiirra oolchan
10.  Dandeettii 7 Raawwii mana hojii dabale %’n 2 % 76 86 77
raawwachiisummaa Raawwii hojii hojjettootaa fooyya’e
Waajjirichaa fooyyeessuu % 2 % 76 86 77
Baay’ina hojjetaa Leenjii argate 2 lak 512 1790 179
Baay’ina hojjetaa carraa barnootaa
argate 1 lak 72 60 6
Ijaarsa 11.  Dhiyeessii fi itti 6 ittifayyadama TQO dabale %’n 2 % 73 95 76
Dandeettii (20) fayyadama Teknolojii Hojimaata ofummaa’e lakk  
guddisuu 2 lak 1 30.5
12.  Aadaa fi naannoo hojii 7 Reetii hafiinsaa(absenteeism) 1 % 30 15 29
fooyyeessuu Gadilakkisa hojjetaa xiqqaate%’n 1 % 10 5 9.5
Alnaamusummaa xiqqaate 1.5 % 21 0 19
Adeemsaalee hojii Istaandaardii
Aadaa hojii hojiirra oolchan % 1.5 lakk 0 13 13

16
9.2. Gabatee Karoora Kaayyolee tarsiimoo kurmaanaan
ul Karooraa kurmaana

2013
ka'umsa
safartuu
f

waggaa
KM Kur. Kur. Kur. Kur.

manii
gosa
2 3 4

Ulf
1
Kaayyoo Agarsiistuu Raawwii
1.Amantaa Maamilaa 7 Amantaa Maamilaa dabale %’n 7 % 10 10 10 10
guddisuu 35.5 85 40
2. Itti quufiinsa Maamilaa 7 Ittiquufiinsa Maamilaa dabale 7 % 10 10 10 10
Maamila (20) guddisuu %’n 38.4 85 40
3. Fayyadamummaa 6 Qulqullina tajaajilaa dabale %’n 3 % 36.8 85 40 10 10 10 10
Maamilaa guddisuu Uwwisa taajaajilaa dabale %’n 3 % 38 95 50 10 10 15 15
4. Gahuumsaa fi bu’a 7 Qisaasama qabeenyaa hir’ate%’n 3 % 0.4 0.4 0.4 0.4
2 0 1.6
Faayinaansii qabeessummaa
(15) ittifayyadama qabeenyaa Tarkaanfii sirreeffamaa fudhatame 2 % 100 100 100 100
fooyyessuu %’n 20 100 100
Adeemasa 5. Dandeettii fi 5 Baay'ina carraa barnootaa 1.2 Lak 4
keessaa (45) beekumsa Qabeenya kenname lakk 5 5 40 4
namaa Fooyyessuu Baay'ina leenjifamaa dabalelakk 1.2 Lak 100 100 100 100
5 520 40000 4000
Dandeettii leenjii booda dabale% 1.2 % 13 13 13 14
5 0 85 53
Sadarkaa barnootaa dabale % 1.2 % 13 13 13 14
5 0 85 53
6. Bu'a 5 Walirra bu’iinsa aangoo fi gahee 1 % 100 100 100 100
qabeessummaa hojii hir’ate % 0 100 100
Gurmaa'insa Pabliik Gita hojii hojjetaa Saatii 8 1 % 100 100 100 100
Sarvisii fooyyessuu hojjechiisuu hin dandeenye hir’ate
% 0 100 100
Gurmaa'insa hin barbaachisne 1 % 100 100 100 100
hir’ate 0 100 100
Gaaffii Gurmaa’insa haaraa deebii 2 % 100 100 100 100
argate % 100 100 100

17
7. Sirna bulchiinsa 8 Al-naamusummaa hojjetaa 1 % 21 0 19 5 5 5 4
qabeenya namaa xiqqaate
Ammayyeessuu
% ragaa qabeenya namaa 1. % 10 100 40 10 10 10 10
ICSMIS’n qindaa’e 5
Sirna Filannoo fi fo’annoo 1. % 60 100 70 17 17 18 18
fooyya’e % 5
8. Tarsiimoo Qabeenya 5 Imaammata qabeenya namaa 1. lakk 0 1 1 1
Namaa Godinichaa qophaa’e 5
Fooyyessuu Tarsiimoo qabeenya namaa 1. lakk 0 1 1 1
qophaa’e 5
9.  Aadaa mana hojii 6 Sirna quunnamtii fooyya’e % 1 % 14 14 14 13
0 90 55
fooyyessuu
Ittifayyadama yeroo fooyya’e % 1 % 30 90 55 14 14 14 13
Walitti bu’iinsa iddoo hojiihir’ate 1 % 0 90 55 14 14 14 13
Baay’ina MH Istaandaardii Aadaa 2 lakk 0 54 54 54 54 54 54
hojiirra oolchan
10.  Dandeettii 7 Raawwii mana hojii dabale %’n 2 % 76 77 19 86 19 19 20
raawwachiisummaa Raawwii hojii hojjettootaa 2 % 19 19 19 20
hojjettoota Godinichaa fooyya’e % 76 86 77
fooyyeessuu Baay’ina hojjetaa Leenjii argate 2 lak 512 1790 179 44 45 45 45
Baay’ina hojjetaa carraa barnootaa 1 lak 3 3
argate 72 60 6

Ijaarsa 11.  Aadaa fi naannoo 7  


Dandeettii (20) hojii fooyyeessuu Reetii hafiinsaa(absenteeism) 1 % 30 15 29 7 7 7 8

Gadilakkisa hojjetaa xiqqaate%’n 1 % 10 5 9.5 2 2 2 3.5


Alnaamusummaa xiqqaate 1. % 5 5 5 4
5 21 0 19
Adeemsaalee hojii Istaandaardii 1. lakk 3 3 3 4
Aadaa hojii hojiirra oolchan % 5 0 13 13

18
KUTAA SHAN

TARKAANFILEE TARSIIMA’AA

5.1. Tarkaanfilee Tarsiima’aa fi Hojiilee Gurguddoo

Tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa kaayyoolee tarsiimo’aa gara hojiitti kan ittiin ceesifnu


sagantaalee, pirojektootaa fi gochaalee ijoodha. Tarkaanfiileen kun hojiilee mannii (target)
kaayyolee tarsiimoo’aa kaawwanne bira gahuuf kan gargaaraniidha. Gama biraatiin
tarkaanfiileen tarsiimo’aa seektarichi hojiidhaan fuula duratti akka tarkaanfatuu fi
wantoota gufuu raawwii karooraa ta’an dhabamsiisudhaan kaayyolee tarsiimo’aa
raawwachuu kan nu dandeessisaniidha. Tarkaanfiileen Tarsiimoo’aan sagantaalee fi
pirojektootni hedduun walitti dhufuun gara hojiilee guyyaa guyyaatti jijjiiruun manii bara
tarsiimo’aa biirichi kaawwate bira gahuuf kan gargaaranidha. Isaanis haala itti aanuun
dhiyaataniiru;

Gabatee Kaayyolee Tarsiimo’aa fi Tarkaanfilee Tarsiimo’aa


L Kaayyoolee Tarsiimo’aa Tarkaanfilee
a
k
1. Amantaa lammiilee guddisuu 1) Sakatta’iinsa gaggeessuu
2. Itti quufiinsa lammiilee
guddisuu
3. Fayyadamummaa lammiilee
guddisuu
4. Gahuumsaa fi bu’a 2) Gamaggamaa fi hordoffii raawwii karooraa
qabeessummaa baajataa bu'aa irratti xiyyeeffate
fooyyeessuu 3) Hordoffii fi deeggarsa oodiitii gaggeessuu
4) Qophii karooraa fi baajataa ragaa irratti
hundaa'e
6. Gahuumsaa fi bu’a 5) Hordoffii ittifayyadama qabeenyaa
qabeessummaa qabeenyaa
fooyyessuu
7. Dandeettii fi beekumsa 6) Barnootaa fi leenjii kennuu
qabeenya namaa fooyyessuu 7) Karoora misooma dhuunfaa hojiirra oolchuu
8. Sirna bulchiinsa qabeenya 8) Sirna kaffaltii fi jajjabeessituu qabeenya
namaa Ammayyeessuu namaa diriirsuu

19
9) Hammata gahumsa qabeenya namaa hojiirra
oolchuu
10) Sirna qabiinsa ragaa fi hoggansa odeeffannoo
qabeenya namaa diriirsuu
11) Hojimaata naamusa hojii diriirsuu
9. Tarsiimoo Qabeenya Namaa 12) Imaammata misooma qabeenya namaa
Godinichaa Fooyyessuu qophaa’ee dhufe hojiirra oolchuu
13) Karoora tarsiimoo qabeenya namaa
Godinichaa qopheessuun hojiirra oolchuu

10. Aadaa hojii fooyyessuu 14) Hojimaata aadaa fi amala gaarii pabliik
sarvisiin ittiin bitamu hojiirra oolchuu
11. Dandeettii raawwachiisummaa 15) Leenjiwwan ijaarsa dandeettii kennuu
sektaricha fooyyeessuu
12. Dh 16) Tajaajila bu’uraalee TQO dhiyeessuu
13. Aadaa fi naannoo hojii 17) Madaallii Hojjettoota Waajjirichaa
Fooyyessuu gaggeessuu
18) hojimaata aadaa fi amala gaarii pabliik
sarvisiin ittiin bitamu hojiirra oolchuu
19) Hojimaata naamusa hojii hojiirra oolchuu
20) Ogummaa'uu pabliik sarvisii mirkaneessuu
(professionalism)
21) Idileeffannaa Koornayaa

20
Gabatee tarkaanfilee fi hojiilee hojjetaman

Tarkaanfilee Tarsiima'aa Hojiilee Hojjataman(Activity)


Sakatta'iinsa Bu'aa boodaa Meeshaa ragaan ittiin sassaabamu qopheessuu
Ragaa barbaachisaa sassaabuu
Xiinxala ragaa gaggeessuu
Bu'aalee qorannichaa gabaasuu
Hordoffii itti fayyadama xiinxala ittifayyadama qabeenyaa
qabeenyaa Hordoffii qabeenyaa itti fufiinsaan taasisuu
Qophii karooraa fi baajataa karoora ragaa irratti hundaa'e qopheessuu
ragaa irratti hundaa'e baajata karoora hojii qabameen walsimu qopheessuu
gabaasa hojii ragaa irratti hundaa'e qopheessuu
Gamaggamaa fi hordoffii hordoffii, gamaggamaa fi deeggarsaa gaggeessuu
raawwii karooraa bu'aa irratti cheekliistii gamaggamaa fi duubdeebiin ittiin kennamu
xiyyeeffate qopheessuu
hordoffii, deeggarsa fi gamaggama bu'aa irratti
xiyyeeffate gagggeessuun duubdeebii kennuu
Imaammata Misooma imaammata misooma qabeenya namaa hojiirra oolchuu
qabeenya namaa imaammata misooma qabeenya namaa qopheessuu
Fedhii imaammata misooma qabeenya namaa adda
baasuu
Karoora tarsiimoo qabeenya Ragaa galtee qophii karoora tarsiimoo QN'f ta'u
namaa sassaabuu
Ragaa galtee qophii karooraaf sassaabame qaaccessuu
Karoora tarsiimoo qabeenya namaa qopheessuu
Barnootaa fi leenjii feedhii barnootaa adda baasuu
Fedhii leenjii adda baasuu
Karoora barnootaa fi leenjii qopheessuu

21
ulaagaa fo'annoo filannoo qophaa'e irratti hundaa'uun
carraa barnootaa kennuu
ulaagaa fo'annoo filannoo qophaa'e irratti hundaa'uun
carraa leenjii kennuu
karoora misooma dhuunfaa karoora misooma dhuunfaa hojiirra oolchuu
hojiirra oolchuu
Hordoffii fi deeggarsa raawwii maanuwaalii hordoffii raawwii seerota HQN
seerota qabeenya namaa qopheessuu
maanuwaalii hordoffii raawwii seerota HQN hojiirra
oolchuu
fedhii deeggarsaa fi hordoffii adda baasuu
hordoffii fi deeggarsa gaggeesuun duubdeebii kennu
Jijjiirama duubdeebii booda dhufe gamaggamuu
sirna kaffaltii fi jajjabeessituu qajeelfama jajjabeessituu qophaa’e hojiirra oolchuu
qabeenya namaa diriirsuu qajeelfama faayidaalee qopheessuun hojiirra oolchuu
qajeelfama kaffaltii qopheessuun hojiirra oolchuu
sirna qabiinsa ragaa fi pirojektii ICSMIS hojiirra oolchuu
hoggansa odeeffannoo Ragaa qabeenya namaa ICSMIS tiin galmeessuu
qabeenya namaa diriirsuu
hojimaata aadaa pabliik hojiirra oolmaa hojimaata aadaa Pabliik Sarvisii irratti
sarvisiin ittiin bitamu hojiirra hordoffii gaggeessuu
oolchuu Istaandardii Aadaa Pablik Sarvisiin Naannichaa ittiin
hogganamu qopheessuu hojiirra oolchuu
Aadaa hojii jaarmiyaalee mootummaan ittiin
hogganamaa jiran sakatta'uun adda baasuu
Hojimaata naamusa hojii Sakatta’iinsa naamusa hojii gaggeessuu
diriirsuu naamusa hojii/code of conduct hojiirra oolchuu
Ogummaa'uu pabliik sarvisii mirkaneessuu
Leenjii Ijaarsa dandeettii (professionalism)
Fedhii leenjii adda baasuu
kennuu Leenjii kennuu
Bu’aa leenjiin booda dhufe madaaluu
Sirna deeggarsaa fi hordoffii duubdeebii kennuu
hojiirra oolchuu
deeggarsaa fi hordoffii gaggeessuu
cheekliistii deeggarsaa fi hordoffii qopheessuu
fedhii deeggarsaa fi hordoffii adda baasuu
Leenjii Ijaarsa dandeettii Fedhii leenjii adda baasuu
kennuu Leenjii kennuu
Bu’aa leenjiin booda dhufe madaaluu
Madaallii hojjettootaa Madaallii hojjettootaa Adeemsichaa gaggeessuu
Adeemsichaa gaggeessuu madaallii gaggeessuu
Tajaajila bu'uuraalee TQO Tajaajiloota Waajjirichaa ofummeessuu
dhiyeessuu

22
Sakatta’iinsa ittiquufiinsa Sakatta’iinsa ittiquufiinsa hojjetaa gaggeessuu
hojjetaa gaggeessuu Meeshaalee ragaa itti quufiinsa hojjetaa Waajjirichaa
ittiin sassaabamu qopheessuu
Ragaa sassaabuun xiinxaluu
Tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu
Idileeffannaa Koornayaa Idileeffannaa Koornayaa
Adeemsaalee hunda keessatti fayyadamummaan
dubartootaa fi dhiirotaa walsimee karoorfamuu isaa
Qajeelfamoota, seerota fi dambiilee mana hojichaatiin
qophaa'an keessatti fayyadamummaan dubartootaa fi
dhiirotaa karaa walsimuun hojjechuu
leenjii hubannoo koorniyaa idileessuu irratti kennuu
hojiirra oolmaa seerotaa, dambiiwwanii fi
qajeelfamootaa HQN biirichaa hordofuu
hojimaata aadaa fi amala hojimaata aadaa fi amala gaarii pabliik sarvisiin ittiin
gaarii pabliik sarvisiin ittiin bitamu hojiirra oolchuu
bitamu hojiirra oolchuu maanuwaalii aadmalee, aadaa fi amala gaarii hojjetaan
biirichaa qabaachuu qabu/ hin qabne hojiirra oolchuu
Hojimaata naamusa hojii Hojimaata naamusa hojii hojiirra oolchuu
hojiirra oolchuu Hojimaata naamusa hojii Waajjiricha keessatti hojiirra
oolchuu
Hordoffii Naamusaa taasisuu
Tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu

23
24
5.2. Ka’umsaa fi Manii Tarkaanfilee Tarsiima’aa

Tarkaanfilee Tarsiima'aa Hojiilee Hojjataman(Activity)

waggaa 10
ka'umsa
safartuu

manii

2013
gosa
safartuu Hojiilee xixiqqaa
Sakatta'iinsa Bu'aa boodaa Meeshaa ragaan ittiin sassaabamu qopheessuu dok qophaa'e dok 3 20 2
Ragaa barbaachisaa sassaabuu dok ragaa sassaabamee dok 3 20 2
Xiinxala ragaa gaggeessuu xiinxala gaggeeffame lakk 3 20 2
Bu'aalee qorannichaa gabaasuu baay'ina gabaasaa lakk 3 20 2
Hordoffii ittifayyadama xiinxala ittifayyadama qabeenyaa Sanada qophaa’e lakk 5 20 2
qabeenyaa Hordoffii qabeenyaa itti fufiinsaan taasisuu baay'ina hordoffii gaggeeffame lakk 6 20 2
gabaasa hojii ragaa irratti hundaa'e qopheessuu baay'ina dok gabaasaa qophaa'ee dok 5 10 1
Gamaggamaa fi hordoffii hordoffii, gamaggamaa fi deeggarsaa gaggeessuu baay'ina deeggarsaa gaggeeffame dok 6 40 4
raawwii karooraa bu'aa cheekliistii gamaggamaa fi duubdeebiin ittiin
irratti xiyyeeffate kennamu qopheessuu baay'ina dok qophaa'e dok 5 40 4
hordoffii, deeggarsa fi gamaggama bu'aa irratti
xiyyeeffate gagggeessuun duubdeebii kennuu baay'ina duubdeebii kenname lakk 6 40 4
Imaammata Misooma imaammata misooma qabeenya namaa hojiirra hordoffii hojiirra oolmaa
qabeenya namaa oolchuu imaammataa gaggeeffame lakk 0 9 1
imaammata misooma qabeenya namaa
qopheessuu doki qophaa'e lakk 0  2 1
Fedhii imaammata misooma qabeenya namaa
adda baasuu dok fedhii adda bahee lakk 0 2 1
Barnootaa fi leenjii feedhii barnootaa adda baasuu dok qophaa'e dok 10 10 1
Fedhii leenjii adda baasuu dok qophaa'e dok 10 10 1
Karoora barnootaa fi leenjii qopheessuu dok qophaa'e dok 10 10 1
ulaagaa fo'annoo filannoo qophaa'e irratti baay'ina carraa barnootaa kenname digirii 3ffaa 30 200 5
hundaa'uun carraa barnootaa kennuu
digirii 2ffaa 1156 500 18
digirii 1 549
ffaa
200 20
karoora misooma dhuunfaa karoora misooma dhuunfaa hojiirra oolchuu baay'ina manneen hojii lakk 0 31 31
hojiirra oolchuu
Hordoffii fi deeggarsa maanuwaalii hordoffii raawwii seerota HQN
raawwii seerota qabeenya qopheessuu sanada qophaa'ee lakk 2 5 1
namaa fedhii deeggarsaa fi hordoffii adda baasuu sanada qophaa'ee lakk 2 20 2

25
hordoffii fi deeggarsa gaggeesuun duubdeebii cheekliistii qophaa'e lakk 10 40 4
kennu deeggarsaa fi hordoffii gaggeeffame lakk 10 40 4
duubdeebii kenname lakk 10 40 4
Jijjiirama duubdeebii booda dhufe gamaggamuu gamaggame gaggeeffame lakk 0 20 2
gaaffii hojiitti deebi'uu dhiyaatuuf deebii kennuu
Baay'ina gaaffii deebii argatee lakk 453 250 15
sirna kaffaltii fi qajeelfama jajjabeessituu qopheessuun hojiirra
jajjabeessituu qabeenya oolchuu qajeelfama qophaa'e lakk 0 2 1
namaa diriirsuu qajeelfama faayidaalee qopheessuun hojiirra
oolchuu qajeelfama qophaa'e lakk 1 2 1
sirna qabiinsa ragaa fi pirojektii ICSMIS hojiirra oolchuu baay'ina leenjifamtootaa lakk 1928
6000 2400
hoggansa odeeffannoo Manneen hojii Pirojektii ICSMIS
qabeenya namaa diriirsuu hojiirra oolchan lakk 13 41 41
Ragaa qabeenya namaa ICSMIS tiin galmeessuu Baay'ina qabeenya namaa ragaan isaa lakk 9500 5 164031
ICSMIS irratti galmaa'e 0
hojimaata aadaa pabliik hojiirra oolmaa hojimaata aadaa Pabliik Sarvisii duubdeebii kenname lakk 0 20 2
sarvisiin ittiin bitamu irratti hordoffii gaggeessuu
hordoffii gaggeeffame lakk 0 20 2
hojiirra oolchu
cheekliistii qophaa'e lakk 0 10 1
Istaandardii Aadaa Pablik Sarvisiin Naannichaa baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 2400 1200
ittiin hogganamu qopheessuu hojiirra oolchuu sanada qophaa'ee lakk 0 2 1
Aadaa hojii jaarmiyaalee mootummaan ittiin sanada aadaa adda bahe lakk 0 2 1
hogganamaa jiran sakatta'uun adda baasuu sanada ragaa sassaabame lakk 0 2 1
cheekliistii qophaa'e lakk 0 2 1
Hojimaata naamusa hojii Sakatta’iinsa naamusa hojii gaggeessuu sanada sakatta'iinsa naamusaa lakk 0 10 1
diriirsuu qophaa'e
sanada ragaa sassaabame lakk 0 10 1
cheekliistii qophaa'e lakk 0 10 1
naamusa hojii/code of conduct hojiirra oolchuu 1
2
0
baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 2400 0
sanada qophaa'e lakk 1 2 1
Ogummaa'uu pabliik sarvisii mirkaneessuu 1
(professionalism) 2 1
0 2
0 0
baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 0 0
Hammata kenniinsa tajaajila Hammata kenniinsa tajaajilaa qophaa'e hojiirra baay'ina manneen hojii hojiirra lakk 0 54 54

26
hojiirra oolchuu oolchuu oolchan
baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 12000 1200
Hammata kenniinsa tajaajilaa qopheessuu sanada qophaa'e lakk 0 2 1
Leenjii Ijaarsa dandeettii Fedhii leenjii adda baasuu sanada qophaa'e lakk 5 10 1
kennuu Leenjii kennuu baay'ina leenjifamtootaa lakk 156559 200000 16000
Bu’aa leenjiin booda dhufe madaaluu sanada qophaa'e lakk 0 10 1
Sirna deeggarsaa fi hordoffii duubdeebii kennuu duubdeebii battalaa kenname lakk 6 40 4
hojiirra oolchuu duubdeebii barreeffamaa kenname lakk 6 40 4
deeggarsaa fi hordoffii gaggeessuu baay'ina deeggarsaa fi hordoffii lakk 6 40 4
cheekliistii deeggarsaa fi hordoffii qopheessuu sanada qophaa'ee lakk 6 40 4
fedhii deeggarsaa fi hordoffii adda baasuu sanada qophaa'e lakk 6 10 1
Madaallii hojjettootaa madaallii gaggeessuu
Adeemsichaa gaggeessuu sanada qophaa'e Lakk 10 20 2
Sakatta’iinsa ittiquufiinsa Ragaa sassaabuun xiinxaluu sanada ragaa xiinxalame lakk 0 10 1
hojjetaa gaggeessuu sanada ragaa sassaabame lakk 0 10 1
Meeshaalee ragaa itti quufiinsa hojjetaa ittiin
sassaabamu qopheessuu sanada qophaa'ee lakk 0 10 1
hojimaata aadaa fi amala maanuwaalii aadmalee, aadaa fi amala gaarii baay'ina adeemsaalee hojiirra lakk 0 130 13
gaarii pabliik sarvisiin ittiin hojjetaan biirichaa qabaachuu qabu/ hin qabne oolchan
bitamu hojiirra oolchuu hojiirra oolchuu baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 1790 179
Hojimaata naamusa hojii Hojimaata naamusa hojii biiricha keessatti baay'ina adeemsaalee hojiirra lakk 0 130 13
hojiirra oolchuu hojiirra oolchuu oolchan
baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 1790 179
Hordoffii Naamusaa taasisuu baay'ina hordoffii gaggeeffame lakk 5 40 4
Tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu baay'inatarkaanfii fudhatame lakk 1 10 1

27
5.3 Sagantaa Raawwii (Action Plan)

Tarkaanfilee Hojiilee Hojjataman(Activity)

waggaa 10

Kur 1ffaa

Kur 2ffaa

Kur 3ffaa

Kur 4ffaa
Tarsiima'aa

ka'umsa
safartuu

manii

2013
gosa
safartuu Hojiilee xixiqqaa
Sakatta'iinsa Bu'aa Meeshaa ragaan ittiin sassaabamu dok qophaa'e dok 3 20 2 1 1
boodaa qopheessuu
Ragaa barbaachisaa sassaabuu dok ragaa sassaabamee dok 3 20 2 1 1
Xiinxala ragaa gaggeessuu xiinxala gaggeeffame lakk 3 20 2 1 1
Bu'aalee qorannichaa gabaasuu baay'ina gabaasaa lakk 3 20 2 1 1
Qophii Karooraa Fi Karoorri Ragaa irratti hunda’ee
Bajataa Ragaa irratti qopha’uu Baayina karoora qopha’ee Lakk 1 1 1 1 1
hund’e
Gabaasa hojii raga irratti hunda’e Bayyina gabaasa qopha’ee Lakk 1 1
qopheessuu
Gamaggamaa fi
hordoffii raawwii hordoffii, gamaggamaa fi deeggarsaa baay'ina deeggarsaa dok 6 40 4 1 1 1 1
karooraa bu'aa irratti gaggeessuu gaggeeffame
xiyyeeffate cheekliistii gamaggamaa fi baay'ina dok qophaa'e dok 5 40 4 1 1 1 1
duubdeebiin ittiin kennamu
qopheessuu
hordoffii, deeggarsa fi gamaggama baay'ina duubdeebii kenname lakk 6 40 4 1 1 1 1
bu'aa irratti xiyyeeffate

28
gagggeessuun duubdeebii kennuu
Imaammata Misooma Imaammata misooma qabeenya hordoffii hojiirra oolmaa lakk 0 9 1 1
qabeenya namaa namaa hojiirra oolchuu imaammataa gaggeeffame
imaammata misooma qabeenya doki qophaa'e lakk 0  2 1 1
namaa qopheessuu
Fedhii imaammata misooma dok fedhii adda bahee lakk 0 2 1 1
qabeenya namaa adda baasuu
Barnootaa fi leenjii feedhii barnootaa adda baasuu dok qophaa'e dok 10 10 1 1
Fedhii leenjii adda baasuu dok qophaa'e dok 10 10 1 1
Karoora barnootaa fi leenjii dok qophaa'e dok 10 10 1 1
qopheessuu
ulaagaa fo'annoo filannoo qophaa'e baay'ina carraa barnootaa digirii 30 50 5 3 2
irratti hundaa'uun carraa barnootaa kenname 3ffaa
kennuu digirii 5 2 3
2ffaa 1150 100 10
digirii 8 8 8 8
1ffaa 549 250 24
ulaagaa fo'annoo filannoo qophaa'e 2000 4000 6000 4000
irratti hundaa'uun carraa leenjii
kennuu baay'ina leenjifamtootaa lakk 156559 16000
karoora misooma karoora misooma dhuunfaa hojiirra 31 31 31 31
dhuunfaa hojiirra oolchuu baay'ina manneen hojii
oolchuu lakk 0 54 31
Istaandaardii gaaffii hojiitti deebi'uu dhiyaatuuf Baay'ina gaaffii deebii argatee lakk 453 250 25 6 7 6 6
kenniinsa murtii deebii kennuu
hojiirra oolchuu
sirna qabiinsa ragaa fi Ragaa qabeenya namaa ICSMIS tiin Baay'ina qabeenya namaa lakk 9500 50 16403 4100 4100 4100 4100
hoggansa odeeffannoo galmeessuu ragaan isaa ICSMIS irratti 61
qabeenya namaa galmaa'e 24
diriire hojii irra olchuu
Leenjii Ijaarsa Fedhii leenjii adda baasuu sanada qophaa'e lakk 5 10 1 1
dandeettii kennuu Leenjii kennuu 15655 2000 4000 6000 4000
baay'ina leenjifamtootaa lakk 9 200000 16000
Bu’aa leenjiin booda dhufe madaaluu sanada qophaa'e lakk 0 10 1 1
Sirna deeggarsaa fi duubdeebii kennuu duubdeebii battalaa kenname lakk 6 40 4 1 1 1 1
hordoffii hojiirra duubdeebii barreeffamaa 1 1 1 1
oolchuu kenname lakk 6 40 4
deeggarsaa fi hordoffii gaggeessuu baay'ina deeggarsaa fi lakk 6 40 4 1 1 1 1
hordoffii
cheekliistii deeggarsaa fi hordoffii sanada qophaa'ee lakk 6 40 4 1 1 1 1
qopheessuu

29
fedhii deeggarsaa fi hordoffii adda 1
baasuu sanada qophaa'e lakk 6 10 1
Hojimaata naamusa Hojimaata naamusa hojii biiricha baay'ina adeemsaalee hojiirra lakk 0 130 13 13 13 13 13
hojii hojiirra oolchuu keessatti hojiirra oolchuu oolchan
baay'ina leenjifamtootaa lakk 0 1790 179 179
Hordoffii Naamusaa taasisuu baay'ina hordoffii lakk 5 40 4 1 1 1 1
gaggeeffame
Tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu lakk 1 10 1 1
baay'inatarkaanfii fudhatame
Hojii irra olmaa Qajeelfama Humna Lakk - 4 1 1 1 1
Namaa waajjira keessatti
fayyadamummaa dubartootaa fi
diileeffama Koorniyaa dhiirootaa hordofuu.

Hordoffii tasifamee
Kan Qopheesse. Kan Mirkaneesse.
Maqaa ____________________________ Maqaa _______________________
Mallattoo ________________ Mallattoo _________________

30

You might also like