You are on page 1of 57

GABAASA RAAWWII HOJII WAGGAA

BARA BAAJETAA, 2015

Hagayya, 2015
Finfinnee
QABIYYEE GABAASICHAA

1 Seensa
Galmoota Gurguddoo
2

3 Raawwii Hojii Damee Korporeetii TDG

Raawwii Hojii Damee Opireeshini TDG 4

5 Raawwii Hojii Kaampaanotaa


Haala Waliigalaa

Hundeeffama fi kaayyoo hundeeffama TDG bara -1986, 1994 , 2004,


labsii lakk.225/2014’n, hanga dambi lakk 234/2015 .

Bara 2015 Eegalee damee Daldala waliigalaa fi Tajaajilaa qofaa irratti


akka hojjetuuf dambi lakk 234/2015 irradeebin akka ijaaramu ta’e.

Rifoormichan booda Karoora bara 2015 irra deebin fooyyessuun hojjechaa


tureera.
Mul’ata fi Ergama TDG

Mul’ata (Vission) Ergama (Mission)


Investimentii bu’a qabeessaa fi
Bara 2030 tti, Dhaabbilee dorgomaa ta’e kessatti hirmaachuun
qaawwa gabaa duuchuun (market
Biizinaasii Daldalaa fi Tajaajilaan failure), tasgabbii gabaa uumuu fi
Itiyoophiyaa fi Afrikaa keessatti tajaajila qulqulluu kennuun dinagdee
hawwasni naannoo irraa fayyadamuu
beekamaa fi dorgomaa ta’e mirkaneessuuf hojjechuu.
horachuu.
Haala Waliigalaa

• Raawwii hojii bara 2015 Tumsaa fi kubbaaniyoota isaa hojii


gurguddoo fizikaalaa karoorfatan raawwatan
Gabaasichi • Galii,baasi fi bu’aa galmeessisan
• Yeroo raawwii keessatti hanqina fi ciminaa,rakkoo fi carraa ture
ilaalameera.
Kan itti Fuufe…

Hanqina
Rifoormii invastimanti Giruppii geggeeffame saffisaan lafa qabsiisuu dadhabuu,

Hanqina Dandeettii raawwachisummaa kaampaanota keessatti mul’atan yeroon furuu

dhabuun

Daldala al-ergii yeroon raawwachuuf hanqina sharafa biyya alaa mudatu furuu dhabuu,

Daldala alaa-galcheef sharafa biyya alaa mijeeffachuu dhabuun.

Haala beekanii karoorsuu fi raawwachuu dhabuun hanqinoota kanneen gurguddoo adda

bahanii dha.

Karoora Tarsimawaa foyessu dhabuu

Bulchiinsa Qabeenyaa Hammayeessuuf yeroo fudhachuu.


Kan itti Fuufe…
Cimina Ture

Qaamolee Mootummaa waliin qindoominaa fi hariiroo gaarii qabaachuun deeggarsa tarsima’a barbaachisaa

argachuuf sochii cimaa gochu.

Biizinasii tajaajila geejjibaaf gabaa dabalataa barbaaduuf yaaliin taasifamaa turu .

Gamaaggamni raawwi hojii yeroo yeroon kaampanota waliin geggessun kallatti ka’u,

Tarsiimoo liqaan dhaabbataa irra itti haqamu uumuun bu’a qabeessummaa dhaabbataa mirkaneessuuf hojiin

hojjetame jajjabessaa ta’u,

Caasaa TDG hojjechiisu fi hojitti hiikuu danda’u fi kaampaanonni akka hojjechiifatan kallattii kennuun

deggerun cimina raawwi bara bajeticha adda baafamani fi bara dhufuf cimani itti fufu qaban dha.

Baasii xiqeessuu danda’u


Kan itti Fuufe…
Carraa Ture

kaampaanonni durumaan TDG jalatti hojjechaa turan jiraachuu fi muuxannoo fi


hojimaata akkasumas galteewwan hojiif barbaachisan fi hojjetaa ture qabaachuu,

Imaammata fi tumsa mootummaa naannoo hojii misoomaaf daldalaaf qabu

TDG’n hojii daldalaa fi Tajaajilaa keesstti muuxannoo inni qabu

Murtee mootummaatiin lafa investimentiif barbaachisu kaffaltii liizii irraa bilisaan


argachuun kan danda’amu ta’uu isaa,

Caasaan mootummaa fi qooda fudhattootni Tumsaa waliin hojjechuuf fedhii

gaariin jiraachuu isaa


Kan itti Fuufe…

Rakkoo Ture

Hojimaata dheeraa fi iftoomina hin qabne Giruppii fi Dhaabbilee jiddu


jiru/Ambiguous Corporate Governance/

Rakkoo nageenya biyyaa

Hanqina sharafa biyya alaa

Qaala’iinsa gatii meesha fi oomishaa uumame

Kappitaala ga’a hojiif barbaachisu ofharka dhabuu;


Galmoota Gurguddoo Bara Bajetaa 2015

Kubbaniyoonni Hojii al-ergii, ala-galchii, daldala waliigalaa, tajaajila geejjibaa, daawwannaa


fi deemsa akkasumas daddabarsa Gumurukaa irratti xiyyeeffannoon hojjechuun BTD­­ Mill
442,198,913 akka argamsiisaniif hojjechuudha.
Galmoota Waliigalaa WA. Biizinasii Biiftuu Addunyaa
BTD 267,521,289
Galma Waliigalaa WA. Jaarraa Holding’s
BTD .46,973,606.77 fi (USD 4,458,018.66).
Galma Waliigalaa WA. Geejjiba fi Loojistiksii Gadaa
BTD 102,084,850.47
Galma Waliigalaa WA. Geejjiba Qinda’aa ODAA
BTD 51,786,588
BOQONNAA LAMA

RAAWWI HOJII BARA BAJETICHAA


Raawwii Hojii Damee Korporeetii
Hojii Rifoormii Lafa Qabsiissuu

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Invastimanti Giruuppii duraan Tumsaa


Davaloppimanti qofa ture akkaataa akaakuu hojii isaanitti qooduun Invastimanti
Giruuppii jaha hundeessuun isaa ni beekama.

Kubbaaniyootni Tumsaa jalatti gurma’an haala gurmaa’insa haarawaa fi kallatti MNO


akka beekaniif hubannaan kennameeraaf

Hanqina ture adda baasuun kallatti sirreeffamaa ka’uudhaan caasaan dhaabbatichaa


qoratamee qaama ilaallatuuf dhi’aatee hoji irra akka oolu ta’ee jira.
Kan Itti Fuufe…
Raawwii Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa

Lak Ibsa saf Ida’ama


1 Hojjetaa Hojiirra ture lak 38
1.1 Dhaabbii lak 34
1.2 Kontoraataa lak 4
2 Qaxarrii haaraa lak 4
2.1 Dhaabbii lak
4
2.2 Kontoraata lak 0
3 Hojjetaa Hojii Gadi-Lakkise Lak
13
4 Waliigala Humna Namaa bara bajetichaa hojirra ture lak
20
Kan Itti Fuufe…

Raawwii Hojii Dhabamsiisa Qabeenyaa

konkoolaattota dullooman lama caal-baasitti dhi’eessuun galii

Qr.1,410,000 argamsiisuun kan danda’ameera.

Ammas qabeenya dhabamsiifamuu qaban muraasa kan jiraniifi haala

hojiimaata eeggateen bara hojii itti aanu kana keessatti dhabamsiisuf

hojjechuun barbaachisaa ta’a.


Kan Itti Fuufe…

Raawwi Hojii Faynaansi


sochiin maallaqaa dhabbatichaa hojimaata eegee dhimma karoorfameef irra akka
oolu ta’eera, mindaa hojjettootaa yeroon kaffaluu,taaksi , sooroma hojjetaa fi
kaffaltiwwan adda adda qaama ilaallatutti raawwatameera
Adeemsi herrega sirriti galma’ee,madaalli/balance/ baankii fudhatamee
hordofamaa turee dhuma bara bajetichaa irratti cufiinsi herregaa raawwatamee
jira.
Kallatti baasii xiqqeessu kenname fudhachuun baasi xiqqeessun danda’ameera
Bittaan,meeshaale dhumataa fi dhaabbataas hojimaataan akka geggeeffamu
ta’eera
Raawwiin fayyadama faynaansi bara 2014 qophiin dookimantoota qixaa’ee odiitii
alaa kan bara 2014 akka raawwatamu ta’ee jira.
Baasiin Bulchiinsaaf waligalaa Qar. 22,890,903 hojiira kan olle ta’u.
Baasii Hawwasummaatiif Qar. 5,588,123.90 waligalattti 28,479,032.90 hojiira
oolee jira.
Kan Itti Fuufe…

Raawwi Hojii Tajaajila Odiitii

Hanga kurmaana 3ffaa bara bajetichatti kan jiru kan raawwatamee fi yaadni kan

itti kenname yoo ta’u kurmaanni 4ffaa cuufiinsa herrega waggaan walqabatee

waligala kan wagga wajjin kan raawwatu ta’a.

Gurgurtaa liqaan OBM konstirakshinii fi Biiftu giddutti rawwate adda addumma

walitti araarsun danda’amera /Qr.120,408,619.06 vs 107,485,322.02)

Laakofsii qabeenyaa (inventory) bar 2014 seeraan raawwatamee jira.

Meeshaa Jibuutidhaa karaa W/A Biiftuu Adunyaa gala ture Seeraan hordofamee

jira.
Kan Itti Fuufe…

Hojii Tajaajila Seeraa

Waliigalteewwan qaama garaagaraa waliin taasifamu wixineeffamee jira.

Dhaabbaticha bakka bu’un falmii gaggeessuu fi tajaajila gorsaa seeraa

qaamolee TDG hundaaf kennameera.

Himanni mana Murtii 3(sadi) Tumsa irratti kan dhi’aate( balaa konkolaataan

walqabatee) deebin itti kennamee hordofamaa jira.

Kubaaniyoota TDG jala jiraniif Tajaajjili fi Deegarsi gorsaa kennameeraaf

Hojjiin Qondaala naamusaa Bakka bu’umaadhaan kutaa Kanaan

hojjatamee jira.
Kan Itti Fuufe…
Raawwi Hojii Tajaajila ICT

Hojiilee Tumsaa fi Kubbaaniyoota isaa jala jiran tekinoolojii ammayyaa


ta’een hordofuuf Siistema ERP xumuramee akka hojirra ooluuf hojiin
sistamaa kan hordofamaa ture yoo ta’u Raawwin pirojektichaa

Siistamni ERPn %68 kan raawwatame;

Pirojektii Ijaarsa Data Centerii hojjatamaa jiru %35 raawatamee jira.

Websaayitii Dhaabbaticha fi Kampaanotaa bifa haaraan Hojjatamee


Raawwatamee jira.

Marsaalee Hawwaasaa TDG fi Kampaanotaa Bifa Haraan akka hojjatamaniif


karoorfame Raawwatamee jira.
Raawwii Hojii Damee Oppireeshinii…

Karoora Bara 2015 irradeebiin riformiin booda akka foyya’u taasifameera

Hojii al-ergiif bittaa oomisha Bunaa fi kan biro raawwachuuf carraan Liqaa
baanki akka mijatuuf deggersi taasifameera.

Bittaan rawwatamee Bunni galii hin ta’in ture akka galuuf dhiibbaa gochuun
kaan galee yoo ta’uu, kan hafe seeran akka deebi’u hordoffin taasifamaa jira.

Sassaabbii maallaqa ala buleen walqabatee qaamolee dhimmi ilaallatu


waliin dubbachuun amma tokko WA.Biiftuu fi WA. G/L/Gadaa akka
sassaabbatan taasifameera.
Kan Itti Fuufe…

Dhi’eessi simmintoo Kaffaltiin raawwatee yeroo hedduuf addan citee ture


akka dhi’aatuf deggersi taasifameera

Gaheen Simmintoo WA. Biiftuu Adunyaaf eyyamame hojirra akka ooluuf


deggersi taasifameera

Meeshaaleen Jibuuti irraa galaan adeemsi gurgurtaa akka mijatuuf deggersi


godhamee gurguramaa jira

Hanqina maallqaa bitta konkolaattota 150 W.A.Geejjiba fi Lojistikii Gada


mudate furuuf deggersi taasifamee liqqan seenanii hojii akka egalan ta’eera

Lafa Invastimantiif oolu danda’u TDGn qabu kaampaanonni haala itti


fayyadamuu danda’aniif adda ba’ee kennameefi jira.
Kan Itti Fuufe…

Oomishni mana kuusa jiru dafanii gurguranii hojiirraa akka oolchaniif deggersa
gabaa barbaadu fi hordofiin taasifameera

Rakkoon baballina gabaa furuuf naannolee olla waliin mareen taasifamee waliin
hojjechuuf karoorfamee jira.

Walitti hidhamiinsa gabaa tajaajila geejjibaa uumuuf deggersi taasifameera

Gamaaggama raawwii hojii yeroo yerootti geggeessuun ciminaa, hanqinaa fi


rakkoo adda baasuun kallattiin ka’ama kan turee fooyya’insa raawwii kan
argamsiise jira.
Cuunfaa Raawwii Galii, Baasii fi BTD Bara Bajetichaa

Kaampaani Bara 2015


Akaakuu Hojii
karoora Raawwii %
WA. Biizinasii Biiftu Galii 2,360,416,679 1,999,573,068.93 85
Addunyaa Baasii 98,794,548 76,543,449.19 77
BTD 263,390,221 273,006,312.66 103
WA. Jaarraa Hooldiingis
Galii 647,325,687.77 162,183,000.00 25
Baasii 570,350,595.00 139,141,000 24
BTD 46,973,613.00 7,292,000.00 15
WA. Geejjibaa fi Loojistiksii Galii 591,513,310.94 519,006,102 88
Gadaa Baasii 489,095,125.53 342,258,311 70
BTD 102,418,185 176,987,496 173
Galii 2,525,918,969 2,153,148,012.00 85
WA.Geejjiba Qinda’a Odaa
Baasii 3,174,132,381 2,101,801,920 66
BTD 51,786,588 51,346,092.45 99
Galii Waligalaa
6,125,174,647 2,748,016,125 45
Baasi Waligalaa 4,332,372,650 2,330,974,460 54
Bu’aa Taaksiin Duraa 464,568,607 508,631,901 109
RAAWWII HOJII KAAMPAANOTAA

Tumsaan hojii daldalaa kallattiin hojjechuu baatus kaampaanota


rifoormii haarawaan deggersaa fi hordoffii tarsimawa ta'e kennuun
hojii hojjetame ballinaan akka harmaan gaditti Tokko Tokkoon
dhiyaateera.
WALDAA AKSIYOONA BIIZINASII BIIFTUU ADDUNYAA

Hojii daldala waliigalaa, dhiyeessii fi raabsii qorichaa fi meeshaalee yaalaa, tajaajila kiraa
gamoo fi hoteelaa, daldala jimaa fi daldala biro gaggeessuun galii waligala Qr Bill 2.4
bu’aa taaksiin duraa Qr. Mill. 267 argachuuf karoorfamee hojjetamaa tureera

Raawwiin dhuma bara bajetichaa galii waligala Qr. Bill 2, bu’aa taaksiin duraa Qr.
Mill.273 (104%) yoo ta’u bu’aa qulqulluun Qr. 172 milkeessuun danda’ameera
Raawwii Hojii Bulchiinsa Humna Namaa

Akka dhaabbataati hojjettoota 342 kan qabuu fi karoora haaraa qacaruuf qabate
keessaa hojjetaa 11 qacarri gaggeessee jira.
Kan Waggaa
T/L Haala hojjetaa Saf
Karoora Raawwii %

I Sadarkaa Muummee
1 Hojjetaa hojii irra jiru Lak 135 131 97%
2 Hojjetaa Haaraa/Qaxara/ Lak 16 11 69%
3 Waliigala hojjetaa Lak 151 131 87%
4 Kan gadhiise 6
II Dirree Daawwaa
Hojjetaa hojii irra jiru Lak 210 210 100%
Hojjetaa Haaraa/Qaxara/
Waliigala hojjetaa jiru Lak 210 210 100%
Kan gadhiise
Ida’ama waliigalaa Lak 350 342 98%
Kan Itti Fuufe…

Hojimaata Diriirsuu

Caasaan dhabbatichaa bifaa haaraadhaan qophaa’ee ramaddii hojjettoota


gaggeessuf qophiin xumuramee jira

Akkasumas, hojjettoota hanqinni naamusa irratti mula’ate tarkaanfi


sirreeffamaa fudhatamee jira.

Takinooloji madaqsuun (ERP)

Sirna hojjichaa guddisuu, dokumentii barbaachisuu galchuu,


buufata ragaa adda baasuu fi kkf hojjetamaati jira.

Hojiin kun ittuma fufamee kan hojjetamaa jiru fi bara bajeta itti
aanutti hojirra oola jedhamee yaadama.
Qorichaa fi Meeshaalee Yaalaa Namaa

Walumaagalatii bara hojii 2015 kana gurguurtaa oomishalee adda addaa (raawwachuudhaan
buu’aa hin qulqulloofnee Qr. Mil.124.83 argachuuf karoorfamee Qr. Mil.142 (%114) milkeesse

Mata Duree Hojii Gurguddoo


T/L Safartuu Karoora Waggaa Raawwii Waggaarra %
1 Qorichaa fi meeshaalee 87,787,632 37,384,103 43%
Yaala
Qorichaa Namaa
Galii Gugurtaa Qr 149,360,393.34 161,402,205.06 108%
Baasii Qr 3,172,099.79 1,304,496.60 41%
Bu’aa hin qulqulloofnee
Qr 16,409,236.95 13,621,821.30 83%
2 Meeshaalee Yaalaa
Galii Gugurtaa Qr 530,138,477.94 2,793,990.94 1%
Baasii Qr 8,800,942.10 348,971.00 4%
Bu’aa hin qulqulloofnee Qr 60,395,502.12 122,908.39 0.01%
3 Qoricha Beeyleda
Galii Gugurtaa Qr 3,419,158.00 53,955,572.00 101%
Baasii Qr 2,577,754.19 1,212,688.02 47%
Bu’aa hin qulqulloofnee
Qr 10,982,892.81 23,639,372.98 215%
Raawwii Hojii Al-Ergii

Buna gara alaati erguun sharafa biyya alaa Kuma 331(17%) argamee jira.

Bitta bunaa Mt 560(75%) qarshii Mill 151 bitamee akka mana kuusaa galu

godhameera.

Bunni Mt 219 mana kuusa galee kan jiruu fi gabaan itti barbaadama kan

jiru ta’uu, Mt 72 gara biyya alaati ergamee dolaarri barbaadamuu Galii

ta’ee jira.
Raawwii Al -ergii Bunaa Bara kana

T/L Mata Duree Hojii Safartuu Karoora Waggaa Raawwii Waggaarra %


Gurguddoo
1 Damee Al-ergii 4,265,918 2,367,080 55%
Buna Qr
Mt 743 560.00 75%
Bittaa
Qr 197,489,511.58 151,576,578.00 77%
Mt 327 77.00 24%
Gugurtaa Biyya alaa USD 1,986,567 331,854.00 17%
Qr 114,927,874 17,356,075.00 15%
Gurgurtaa Biyya waliigalaa Mt 521 230.00 44%
Qr 135,447,473 34,010,831.00 25%
Baasii Qr 4,826,221 2,785,571.00 58%
BTD Qr 3,563,108 2,940,556.00 83%
2 Kan biroo
Bitta Mt 90.00 90.00 100%
Qr 2,647,706.00 2,647,706.00 100%
Gurgurta biyya keessaa Mt 282.00 90.00 32%
Qr 19,228,454.00 2,281,230.00 12%
Baasii 652,125.00 576,000.00 88%
BTD 702,810.67 (573,476.00) -82%
Kan Itti Fuufe…

Hojii Daldala Jimaa fi Raabsii simmintoo

Hojjiin ijoon damee kanaa jimaa gara biyya alaatii erguu, raabsii simmintoo gaggeessuu
fi daldaala biroo irratti hirmachuudhaan galii dhaabbatichaa cimsuudha

Gurgurtaa jimaa fi siimmiintoo irraa bu’aa hin qulqulloofnee Qr. Mil.34.31 argachuuf
karoorfamee Qr. Mil.61(%179) argachuun danda’amee jira.
Raawwii Damee Dirree Dawwaa

Mata Duree Hojii


T/L Safartuu Karoora Waggaa Raawwii Waggaa %
Gurguddoo
Jimaa fi Simmintoo 34,311,352.41 61,564,865.00 179%
1 Jimaa
Kg 1,305,672.00 1,305,672.00 100%
Bittaa
Qr 292,142,894.00 378,951,635.00 130%
Kg 889,945.00 1,064,770 120%
Gugurtaa Biyya alaa Qr 339,430,473.00 421,281,324 124%
USD 6,418,906.00 7,801,506 122%
Baasii 47,852,650.00 13,405,467.61 128%
BTD Qr 22,053,845.00 48,594,630.00 328%
2 Simmintoo
Bitta Kunt 185,325.00 114,528.00 62%
Qr 94,616,485.00 68,938,091.98 73%
Kunt 185,325.00 114,528.00 62%
Gurgurtaa
Qr 107,219,751.00 83,056,619.40 77%
Baasii Qr 1,147,717.00 948,291.68 83%
BTD Qr 11,455,548.00 12,970,235.00 113%
Raawwi Hojii Tajaajila Gamoo Finfinnee

Bara 2015 keessaa Gamoo Biiftuu fi bu’aa qulqulluu sheerii


dhaaabbilee birorra argamee Qr. Mil. 14.43 argachuuf karoorfamee
qarshii Mil.15(%144) argachuun danda’amee jira.

Mata Duree Hojii


Safartuu Karoora Waggaa Raawwii Waggaarra % waggarra
Gurguddoo

Galii Qr 17,130,711.00 16,793,493.00 98%

Baasii Qr 6,600,466.45 3,565,569.00 54%

BTD Qr 10,530,245.45 15,127,924.00 144%


Cuunfaa Waligalaa Bu’aa Hin Qulqulloofnee dame adda addaatiin
argamee

Maqaa Damee Hojii Karoora Waggaa Raawwii Waggaa %


Hojii Daldala waliigalaa
124,835,395.38 143,328,631.28 114%
Dhiyeessii fi raabsii qorichaa fi meeshaalee
yaala 87,787,632 37,384,103 43%

Al-ergii
2,023,776.00 2,367,080 55%
Tajaajila daldala jimaa fi Daldala Waliigalaa
34,311,352.41 61,564,865.00 179%
Gamoo Biiftuu Addunyaa (WA) fi Qoodiinsa
Bu’aa Qulqulluu Dhaabbilee Biroorra argamu
14,432,065.05 15,127,924.00 144%

Kan Biro 13,233,709.71


Ida’ama Waliigalaa Buu’aa taaksiin duraa
267,521,289 273,006,312.66 104%
WALDAA AKSIYOONA JARRAA HOLDINGS
Daldala Alaa-galchee fi Al-Ergii

Raawwii
Gosa
Saf Karoora waggaa
Herregaa
Qr %

Galii Qr 381,527,920.00 86,428,000.00 22%


Alaa Galchee/Dhi'eessii
Galtee Qonnaa adda
addaa/ Baasi Qr 249,706,600.00 54,806,000.00 21%

Galii Qr 265,797,767.77 75,755,000.00 28%


Al-Ergi Bunaa
Baasi Qr 320,643,995.00 84,335,000.00 26%

Baasii Bulchiinsaa Qr 30,001,486.00 15,750,000.00 52%

Bu'aa Taaksiin Duraa Waliigalaa Qr 46,973,606.77 7,292,000.00 9,5%


Raawwi Jaarra ,2015
700,000,000.00
647,325,687.77

600,000,000.00 570,350,595.00

500,000,000.00

400,000,000.00

Axis Title
300,000,000.00

200,000,000.00

100,000,000.00
46,973,613.00

0.00
Galii Baasii BTD
RAAWWI HOJII

WALDAA AKSIYOONA
GEEJJIBAA FI LOOJISTIKSII GADAA
Bulchiinsaa fi Misooma Qabeenya Humna Namaa

Qacarrii fi leenjii Humna Namaa

Bara kana keessatti kaayyoo dhaabbataa milkeessuuf, hojjattoota 182 gara

dhaabbatichaatti akka makaman ta’ee jira

leenjin naamusa fi amala mana hojii kennamee hojitti bobba’aniiru.

Hojjettootni 10 fedhiin,4 adabbi naamusaan akkasumas hojjettotni 2 sooromaan

waligala 16 kan gadi lakkisan yoo ta’u reeshi’oon gadilakkisa hojjetaa bara bajetichaa

baayyee xiqqaadha.
Hojii Bulchiinsa Faayinaansii fi Qabiinsa Herregaa

Maallaqa callaa Baankiitti argamu (Cash at Bank)

Lakk Maqaa Bankii mallaqni itti argamuu Waxabajjii 30/15

1 Cooperative Bank of Oromia saving 764,097.63

2 Cooperative Bank of Oromia Curr 517,343.58

3 CBE 23,211,022.03

4 Wegagen Bank 65,772.71

5 Awash Bank 4,444,867.60

6 Siinqee Bank 2,255,403.26

Dimshaasha Mallaqaa 31,258,506.81


Raawwii Kaffaltii Liqaa Baankii

Hanga ji’a Waxabajjii 30, Bara 2015tti, Liqii Baankii hin Kaffalamin Jiruu
fi kaffaltii raawwatame ilaalchisee

Sababa Liqii Haadhoo /principal/ Dhala /Intrest/ ida'ama

1 Purchase of Public Bus 30,556,910.78 5,435,721.29 35,992,632.07

2 Purchase of Trucks 29,248,817.63 293,000.99 29,541,818.62

65,534,450.69
3 Total Unpaid Loan 59,805,728.41 5,728,722.28
Kaffaltii Liqaa ilaalchisee:
Raawwii
Karoora (2015) Haadhoo Dhala Ida'ama
35,740,460.64 17,912,799.59 10,612,473.16 28,525,272.75
Hanga Kaffalamaa Maallaqaa (Payable)

Maamiltoota mallaqa dhaabbatichaa Hamma qarshii


TL Hanga Maallaqaa $n
irraa qaban Birriin
1 Ethiopian Customs Authority 325,000,000.00
2 Ethiopian Shipping & Logistics S.c USD 1,511,246.28 53,118,545.40

3 Oromia Tax Authority 12,512,756.68


4 Oromia Public Enerprise Bureu 216,000,000.00

Gatii bittaa konk 150 USD 13.9 Mil


Ida’ama
1,511,246.28 606,631,302.08
Raawwii Hojii Tajaajila Fe’umsa Gogaa

2014 2015
TL
Ibsa Hojiilee Gurgudoo Safartu
Karoora Raawwii %n K R %
Fe'umsa Gogaa
1 Baay'ina Lak. 42 32 76% 99 104 104.71
2 Daandii Uwwifame Km. 1,543,680 1,232,189 80% 3,018,208 2,766,479 91.66

3 Kuntaala Fe’ame Kunt. 1,694,400 644,252 38% 2,886,720 1,797,200 62.26

4 Galii fe'umsaarraa Birr. 132,744,96 106,210,351 80% 539,748,000 481,431,143 89.20

5 Galii Komishiniirraa Birr. 7,000,000 2,519,179.04 36% 13,883,332 9,761,027 70.31

6 Galii Fe’umsa Deebi irraa Birr. 4,100,600 1,292,000 32% 22,857,142 16,734,281 73.21
Ida'ama Galii Birr. 143,845,560 110,021,530 76% 576,488,474 507,926,451 88.11
Raawwii Hojii Tajaajila Deddeebisa Uummataa

Konkolaattotni deddeebisa uummata dulloomanii akka maqfaman waan murtaa’eef

galiin karoorfame hin jiru

Hojii komishinii irraa galii Qr. 6,000,000 maddisiisuuf karoorfamee 5,555,975(%93)

argamee jira.
Raawwii Hojii Tajaajila Daawwannaa fi Deemsaa

Tajaajila damee kanarraa galii Qr.1,280,002.02 galchuuf karoorfamee Qr. 384,900


(%30) maddisiisuun danda’ameera.

Raawwii Tajaajila Daddabarsaa fi Qulqulleessa Gumurukaa

Meeshaalee konteenaroota1,605 sanadoota konkolaattota 8, sanadoota kaargoo 67,


sanadoota “bulcky” jedhaman 6 ta’aniif tajaajila kennuun galii Qr. 6,811,500 galchuuf
karoorfamee galii Qr. 4,193,477(%62) maddisiisuun danda’ameera
Galii,Baasi fi Bu’a waligalaa bara darbe waliin yeroo madaalamu
2014 2015

Ibsa Raawwii % Karoora Raawwii %

1 Income From Dry Cargo 105,832,287 80 539,748,000.00 481,526,459 89


2 Income From Public 8,644,426 38 0.00 659,683 0
3 Income From Transit Service 2,837,222 63 6,811,500.00 4,193,477 62
4 Income from Tour & Travel 1,151,350 52 1,280,002.02 384,900 30
5 Income From Commission Dry 2,519,179 36 13,923,331.74 9,761,027 70
6 Income From Commission Public 15,722,455 >100 6,000,000.00 5,555,975 93

7 Income From Disposal material 206,650 34 600,000.00 285,616 48

8 Income From Private Load 1,327,000 32 22,857,143.68 16,638,965 73


Galii waliigalaa 105,832,287 80 591,513,310.94 519,006,102 88
1 Baasii OPereeshinii 94,303,806.71 77% 400,830,786.18 306,358,704 76
2 Baasii Bulchiinsaa 16,666,243.69 92% 88,264,339.35 35,899,607 41
3 Ida’ama Baasiiwwanii 110,970,050.40 79% 489,095,125.53 342,258,311 70
4 Bu’aa waliigalaa 27,270,518.58 60% 102,418,185 176,987,496 173
Kan Itti Fuufe…
Raawwii 2014 vs 2015

600,000,000

500,000,000

400,000,000

300,000,000 Galii waliigalaa


Baasii waligala
Bu’aa waliigalaa

200,000,000

100,000,000

0
Raawwi 2014 Raawwi 2015
RAAWWI HOJII
WALDAA AKSIYOONA GEEJJIBA QINDA’A ODAA
Raawwii Hojii Bulchiinsa, Qabeenya fi Misooma Humna Namaa

Qabiinsa Humna Namaa

Karoora
Raawwi % Raawwi Hojjetaa Hojirra jiru 2015
Waggaa

Dhaabbii Kontoraata Ida'ama


Qacarrii
Hojjatoota 77 83 107
80 85 165
Raawwi Hojii Ijaarsa Dandeetti Cimsuu
Raawwii Karoora Hojii Damee Oppireeshinii

Hojii Gurguddoo Oppireeshinii

Gurgurtaa tajaajila Geejjiba Uummataa (public transport)

Gurgurtaa Annisaa/Boba’aa (Fuel station & distribution)

Gurgurtaa Zayitaa fi dibata Konkolaataa fi maashinaroota biroo


Konkolaattota Geejjiba Odaa

Calqaba kan Bitame hojiin ittiin eegale kon. 50 /August 2019

Qaama hidhateen kan gubate kon.3

Balaa cimaan hojii ala kan ta’e (total loss) kon.3

Suphaa yeroo dheeraa kan gaafatu kon.12

Hojirratti kan bobba’u danda’u kon.32

Giddugaleessaan guyyaatti Kon.22-26 bobbaasuf


Raawwii Hojii Gurguddoo bara 2015

Raawwii karoora bara 2015


Lakk Hojiiwwaan Gurguddoo saf Ibsa

Kar. Raaw %
I. Hojii Daldala Geejjibaa
43 (giddugaleessaan
Bobbaatii Baasii /Road 42(5
1 % 80 guyyaatti Awutobisii 53.75
worthy loss)
18)

2 Baay'ina Geejjibamtoota lak 370,000 290,580 78.54

Qabamiinsa teessoo /load


3 % 90 81.81 90.9
factor /
II. Hojii Daldala Annisaa

1 Gurgurtaa Boba'aa litr 48,962,000 29,634,325 60.53

Gurgurtaa Zaayitaa
2 litr 130,888 99,832 76.27
(lubricant)
Raawwii Galii, Baasii fi Bu’aa taaksiin duraa bara 2015
karoora Raawwii bara 2015
Galii, Baasii fi Bu’aa
Lakk saf
taaksiin duraa Kar. Raaw %

I. Galii (Galii Gurgurtaa)

1 Daldala geejjibaa Qar. 358,838,607 330,825,162.00 92.19

2 Daldala annisaa Qar. 2,167,080,362 1,822,322,850.00 84.09

Ida’ama Qar. 2,525,918,969 2,153,148,012.00 85.24

II. Baasii waliigalaa (Operating cost, General and Admin. Expense)


Daldala Geejjibaa Qar. 342,044,485 311,866,942.32 94.89

Daldala Aannisaa Qar. 2,832,087,896 1,789,934,977.23 73.24

Ida’ama Qar. 3,174,132,381 2,101,801,920 75.94

III. Bu’aa taaksiin duraa


Daldala Geejjibaa Qar. 18,958,219.68 95.98

Daldala Aannisaa Qar. 32,035,145 32,387,872.77 101.10

Ida’ama Qar. 51,786,588 51,346,092.45 99.15


Tajaajila Odiitii keessaa

Kan
lakk Ibsa Kan argame
deebi’e
1 Argannoo Odiitiin hanga amma argame 5,198,607.50 303,012.56
Argannoo odiitii argame keessaa mindaa
1.1 368,550.14
hojjatootaa irraa cite deebi’aa kan jiru
Argannoo odiitii hojjatoota hojii gadi
1.2 dhisaanii fi akka kaffalaan gafatuun 3,812,720.80
adeemsa irratti kan argamu
Argannoo odiitii argamee qaama
1.3 argannoon irratti argamee fi wabiin isaanii 714,324
barbaadamaa kan jiru.
Tajaajila Tola Ooltummaa
Bara bajeta 2015 keessa deeggarsa laammilee sababa Hongeen
miidhamanii deeggarsi biroo taasifamaa turee jira.

Hanga deeggarsa taasifamee


Lakk Gosa Tajaajilaa
maallaqaan
1 Deeggarsa Namoota hongeen midhamaniif 1,312,000.00

Waajjira Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Moyyaleetiif


2 50,000.00
deeggarsa taasifame

Hojjatoota WAGQO miseensa Buusaa Gonofaa irraa


3 92,545.58
maallaqa ji’a j’aan hanga ammaa galii ta'e

4 Deeggarsa namoota qaroodhabeeyyiif taasifame 20,000.00

5 Deeggarsa Raayyaa ittisa biyyaatiif godhuu 200,000.00


Ida'ama 1,674,545.58
Cuunfaa Raawwii Galii, Baasii fi BTD Bara Bajetichaa
Kaampaani Akaakuu Bara 2015
Hojii
karoora Raawwii %
WA. Biizinasii Biiftu Galii 2,360,416,679 1,999,573,068.93 85%
Addunyaa Baasii 98,794,548 76,543,449.19 77
BTD 263,390,221 273,006,312.66 103
Galii 25
WA. Jaarraa Hooldiingis 647,325,687.77 162,183,000.00
Baasii 570,350,595.00 139,141,000 24
BTD 46,973,613.00 7,292,000.00 15
WA. Geejjibaa fi Loojistiksii Galii 591,513,310.94 519,006,102 88
Gadaa Baasii 489,095,125.53 342,258,311 70
BTD 102,418,185 176,987,496 173
Galii 85
WA. Geejjiba Qinda'aa Odaa 2,525,918,969 2,153,148,012.00
Baasii 3,174,132,381 2,101,801,920 66
BTD 51,786,588 51,346,092.45 99
Galii Waliigalaa 6,125,174,647 2,748,016,125 45
Baasii Waligalaa 4,332,372,650 2,330,974,460 54
BTD waligala 464,568,607 508,631,901 109
GALATOOMAA

HORA BULAA

You might also like