You are on page 1of 2

Lakk___________

Guyyaa_________
Bulchinsa Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaatiif
Bulchinsa Magaalaa Naqaamteef
Kutaa Bulchinsa Magaalaa__________________________f
Dhimmi Isa: Waraqaa Gaggessuummaa Kennu Ta’a.
Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti dargaggoo________________________kan jedhamu
Godina________________Aanaa____________Ganda________________keessa jiraachaa turuu
isaa isin beeksisuu ta’a.
Maqaa Guutuu:______________________________
Umurii:______
Bara Dhaloota:________________
Maqaa Haadha:_______________________
Bakka Dhaloota: Godina_____________Aanaa____________Ganda_______________
Saba:______________
Lamummaa:________________
Sadarkaa Barnootaa:_________________
Bakka Jireenyaa:____________________
Sababa Gadhiisuu:__________________
Hojii:______________
Haala Ga’eelaa:___________
Haaluma kanaan yeroo ganda keenya keessaa jiraacha turetti ummaata waliin walitti dhufeenya
gaarii kan qabuu fi amala gaarii kan qabuu ta’uu isaa isin beeksisa akkasumas waraaqa
enyummaa isa nuutti debisuun gara kessan waan dhufee jiruuf isiniis gama isiniif danda’ameen
akka deggartan isin beeksisna.
Hoogaana waraaqa gagessumaa kana kennee:
Maqaa:___________________
Mallattoo:_________
Hubachiisa:
• Waraaqan gaggessituu kun footoo fi chaappaa mootummaa hin qabu yoo ta'ee fudhatama
hin qabu.
• Waraaqan kun mallattoo abbaa taayitaa fi gahee hojii isa hin qabu yoo ta’e fudhatama hin
qabu.
• Waraaqan kun haaqa fi laaqa tokkoyyuu hin godhachuu hin qabu.

You might also like