You are on page 1of 1

Lakk: ________

Guyyaa _________

Qaama Dhimmi Ilaallatu Hundaaf


Dhimmi isa: Ragaa muuxannoo hojii Kennu ta’aa
Obbo/Aadde __________ waajjira/Dhaabbata keenyaan qacaramanii hojii gaafa Guyyaa
__________ ________ hanga gaafa Guyyaa __________ waliigala muuxannoo hojii waggaa
__________ fi mindaa ji’aa qarshii _______(__________) kaffalama waajjira/dhaabbata kana
keessatti hojjachaa turuu isaniifi muuxannoo hojii kana kennun mirkanessinerra.
Akkasumas, hojii itti ramadame irratti qulqulllina, ciminaa fi hojjetaa gaarii akka ture
hubachiisuun, hojii gara fuula duraatiif bakka deemanitti Carraa gaarii hawwina.

Nagaa wajjiin

You might also like