You are on page 1of 77

Gabaasa Raawwii Pirojektii Hanga

Ammaa

Waxabajjii,2014
Girawaa
Seensa
• Akkuma beekamutti biyyii keenya waggoota shanan dabran
keessatti guddina galmeesisaa jirti. Yeroo ammaa kanas KGT
2ffaa waggaa Kudhani (2013-2022) qophaa’ee jiru hojii irra
oolee jiru gamaggamun karoora waggaa kudhani kan bara
2013 hanga 2022 jiru qopheeysuudhaan hojii keessa kan
galamee jiruudha.
• Waajjiri Bulchinsa Aanaa Gurawaa Karoora bara 2014
kanas daandii badhaadhinaa jalqabamee jiruu fi karoora akka
Aanaatti qabamee jiru galmaan gahuuf sirna hordooffii fi
deeggarsa cimaa ta’ee fi qorannoo irratti hundaa’uun
hudhaalee raawwii keessaatti qunnamaniif kallattii furmaataa
taasiisaa deemun haala dandeessiisuun qophaa’ee jira.
Ergama(Mission), Mul’ata (Vision) fi
Dhuudhaalee Mana hojiichaa
Ergama(Mission)
 Hojiirra olmaa imaammattootaa fi tarsiimoowwan
misoomaa fi bulchiinsa gaarii gahumsaan
hordofuu,deeggaruu fi raawwachiisuun ummata
Aanichaa fayyadamaa taasisuudha.
 Mul’ata (Vision)
 Bara 2022tti Aanaan Gurawaa akka
Godinnii Harargee Bahaatti fakkii
badhaadhinaa taate arguu dha.
Dhuudhaalee Waajjira Bulchiinsa

 Mula’ata walinii (Shared


Vision),
 Hawwii Jijjiramaa
(Optimistism)
Dudhaalee  Hirmaachisummaa
(Participatory)
Waajjira  Aantummaa fi kabaja
ummataa:

Bulchiinsa  Iftoomina (Transparency)


 Miira Tajajiltummaa
 Itti gaaffatamuummaa
Aanaa  Gahumsa:
 Gareen hojjechuu:
Gurawaa
Toora Xiyyeffannoo/strategic Theme/ fi
Bu`aawwan toora xiyyeffannoo

Toora xiyyeeffannoo 1. Toora xiyyeeffannoo 2:


Hojiirra olmaa Dhimmota Bulchiinsa
Imammaataa, Iyyannoo fi Komii
Tarsiimoowwanii fi Ummataa’
sagantaalee mootummaa

Bu`aa TX.2ffaa Rakkoolee


Bu`aa TX.1ffaa.Millkaaina Miidhaa bulchiinsaatiin
Galmoota Imaamataa itti dhufan xiqqaate
fufiinsaan galmaa`e bulchiinsa gaarii
mirkanaa’e.
Gabaasa Raawwii Hojii Piroojeektii Buleeyyii fi Haaraa
Hanga Kurmaana 4ffaa Aanaa Gurawaa Bara 2014

 I) Raawwii hojii pirojaktootaa hordofuun raga


qindeessuu ilaalchisee:-
 Ragaa pirojaktii Buleeyyii karoora 12 Raawwii
9
 Pirojaktii Haaraa karoora 21 Raawwii 18
 Walumaagalatti Bara 2014 kana keessatti akka Aanaa
Gurawaatti xumuruuf karoorfamee meeqa? 22
Pirojaktoota hanga ammaa Xumuramanii meqqa? 12
Piroojeektii Buleeyyii
I. Piroojeektii Buleeyyii Bajataa Idileetin Hojjetaman
1. Piroojeektii Daandii Araddaa M/Doogu-arablija Phase
One Struture Fi Cirracha Uffisuu
Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa Fi Naannoo
Bara Jalqabe 2013
Bara Xumuramuu 2014
Waldaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: Ahmed Fi Sharikta
Itti fufa
Baajata Qabame: 6,956,970
Baaj\Waligala qabameef(A+B): 6,956,970
Baasii hanga amma raawwate: 3,100,000
Sadarkaa Fizikaala %: 70
Sadarkaa Faayinansii %: 45
2. Piroojeektii Daandii Araddaa Arablijaa- Magartu phase
Two Struture Hojjechuu
 Madda Baajataa: Baajata Idilee
 Bara jalqabe 2013
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: kuush Gadaa
 Baajata Qabame: 8,544,261
 Baaj\Waligala qabameef(A+B): 8,544,261
 Baasii hanga amma raawwate: 6,400,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii%: 75
Cirracha uwwisuu Arablijaa-Magartuu
Piroojeektii Daandii Araddaa Arablijaa-
Huffee Struture Hojjechuu
 Madda Baajataa: Baajata Idilee
 Bara jalqabe 2013
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: kuush Gadaa
 Baajata Qabame: 8,279,908
 Baaj\Waligala qabameef(A+B): 8,279,908
 Baasii hanga amma raawwate: 6,300,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %: 76

Daandii Cirracha Uwwisuu Arablija-huffee
Piroojeektii Daandii Araddaa M/Dhiraa-K/Kaas Struture fi cirracha uffisuu

 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa fi Naannoo


 Bara jalqabe 2011
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Qaase
 Baajata Qabame: 14,234,257
 Baaj\Waligala qabameef(A+B): 14,263,345
 Baasii hanga amma raawwate: 1,080,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 70
 Sadarkaa Faayinansii %: 45

Piroojeektii Daandii Araddaa M/Dhiraa-K/Kaas Struture fi cirracha uffisuu
Piroojeektii Daandii Araddaa M/Guddinaa-D/Galmaa km 7.2 hojii
cirracha uffisuu fi Dirree gammachuu-Haqa baas km 5.2 hojiin
lafaa hirmaannaa ummataatiin hojjatamaa jiru kana fakkaata

 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa fi Naannoo


 Bara jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Qaase
 Baajata Qabame: 13,800,000
 Baasii hanga amma raawwate: 1,080,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 50
 Sadarkaa Faayinansii %: 0
Suuraa Sarara Daandii M/Guddinnaa –
D/Galmaa Hojjetamaa Jiru
Daawwannaa Hoggansa Olaanoo
Aanaatiin taasiifame
Bulchaa Aanaatiin Yeroo Daawwatamu
Daawwannaa Hoggansa Olaanoo
Aanaatiin Yeroo Daawwatamu
Daawwannaa Hoggansa Olaanoo Aanaatiin
Yeroo Daawwatamu
Piroojeektii Buleeyyii Baajata PSNP Fi Baajata NGO CARE
Jedhamuun Hojjetaman

 Piroojeektii Ijaarsa Jallisii Araddaa M/L/Odaa


 Madda Baajataa: Baajata PSNP Care Ethiopia
 Bara Jalqabe 2013
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: _______
 Baajata Qabame: 3,356,470
 Baaj\waligala Qabameef(a+b): _____
 Baasii Hanga Amma Raawwate: 3,356,470
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii%: 100
Ijarsaa Jallisii Mojoo Laga Odaa
I
ijarsaa Mana Kuusaa Miidhaanii , M/Fincaanii Fi Mana Waardiyaa
Araddaa Mudanaa jiru Ballina
 Maddaa Baajataa Dhabaa CARE Ethiopia
 Bara Jalqabee 2013
 Bara xumuramee 2014
 Kontraktara /IMX hojjatee
 Baajataa Ramadamee 2,100,000
 Baajataa Hojiirraa Olee 2,100,000
 Sadarkaa Fiziikalaa % 100
 Sadarkaa Faaynaansii % 100
Ijaarsa Mana Kuusaa Midhaanii,Mana Waardiyaafi Mana fincaanii
Piroojeektii Ijaarsa Iddoo Hara Galfii
Dubartootaa Buufata Fayyaa Gurawaa
 Madda Baajataa: Baajata PSNP Care Ethiopia
 Bara jalqabe 2013
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: _DT
 Baajata Qabame: _180,000
 Baasii hanga amma raawwate:180,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii: _100
Iddoo Haara Galfii Dubartootaf
Gama Pirojeektoota Rakkoo Bulchiinsaa gaarii tahe
 1.piroojektii Bishaan Dhugaatii Tokkummaa
Jaalalaa:Piroojektichi bara 2011 keessa baajata ONE
WASH PROGRAM ruin boolli 78m qotamee bishaan
bahanii kan Ture yoommuu tahu garuu sababa
ujummoon bishaanii hin diriirsaminiif,kuusaan
bishaanii hin ijaaraminiif akkasumaas boonooleen
bishaanii
Itti fufa
Hin Ijaaraminiif Tajaajila Osoo Hin Kennin Waan
ture.Ammaa Rakkoo Bulchinsa Gaarii kana furuf
Nannoratti walgateen mirkanawe hojitti galuuf
xumuramera.
2.Piroojektii Bishaan Dhugaatii
Huffee(Tuuta Jannataa):
 Piroojektiin Kuniis Bara 2005 Keessa Hojiin Kuusaa
Bishaanii ,Boonoolee Bishaanii 5 ,Ujummoon Bishaanii
Diriirfamee Kan Turee Fi Garuu Boolli Bishaanii Qotamee
Bishaan Waan Dhabameef Jecha Qabeenyi Guddaan Achitti
Bade Kan Jiruudha.Kuniis Rakkoo Bulchinsa Gaarii Cimaa
Uumee Kan Jiru Yoommuu Tahu Rakkoo Kana Furuuf Irra
Deddeebinee Qorannoon Haarawaan Akka Gaggeefamu
Gaafachaa Turuun Keenya Kan Yaadatamuudha.
Itti fufa
Bara Darbee Yeroo Lammaffaaf Sadarkaa
Goodinaatti Qorannoon Gaggeefamee Kan
Ture Yommuu Tahu Dookumentiin
Hojjatamee Ergamee Jira.Kuniis Dhimma
Xiyyeeffannaa Cimaa Barbaaduudha.
Piroojeektii Buleeyyii M/Q/M/Gurawaa

 Piroojeektii Ijaarsa Daree Dabalataa Bilooki 1 M/B Sad 1ffaa Gurawaa


 Baajataa: Baajata Galii Mana Qopheessaa, Galii Keessaa M/Barnootaa Fi
Hirmaannaa Ummataa
 Madda Bara Jalqabe 2013
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: Wondiyyee Fi Shariikkota
 Baajata Qabame: 2,000,000
 Baasii Hanga Amma Raawwate: 1,890,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 83
 Sadarkaa Faayinansii %: 85

Ijaarsa M/Barnoota Sadarkaa 1ffaa M/Gurawaa
Piroojeektii Haaraa Bara 2014 Piroojeektii Bajataa Idileetin Hojjetaman

Piroojeektii Jallisii Araddaa Haaqa Baas


 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa
 Bara Jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: Hamiltan
 Baajata Qabame: 6,300,543
 Baasii Hanga Amma Raawwate: 1,401,663
 Sadarkaa Fizikaala %: 55
 Sadarkaa Faayinansii %:30
Jallisiin Burqaa Maana Aradda Haqa Baas
Jallisiin Haqa Baas sadrka amma irra jiruu
Fuulimii Jallisii Aradda Haqa Baas
Piroojeektii Ijaarsa Sheedii IMX M/Gurawaa

 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa


 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Ballisa fi shrkt
 Baajata Qabame: 1,000,000
 Baasii hanga amma raawwate: 1,000,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %: 100
Ijaarsa Sheedii IMX magalaa Gurawaa
Piroojeektii Ijaarsa Waajjira Poolisii
 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa
 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Tokumaa constraction
 Baajata Qabame: 4,000,000
 Baasii hanga amma raawwate: 2,242,869.18
 Sadarkaa Fizikaala %: 70
 Sadarkaa Faayinansii %: 55

Ijarsaa wajjiraa Polisii
Ijarsa pufata polisii aanaa gurawaa
Ijarsa Pufata Polisii Aanaa Gurawaa
Bittaa Tessoo Galma Dargaggoo
 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa
 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Aksiyoona Kokeet
 Baajata Qabame: 2,000,000
 Baasii hanga amma raawwate: 2,903,250
 Sadarkaa Fizikaala %: 60
 Sadarkaa Faayinansii %: 145
Tessoo Galmaa Dargaggoota
Bittaa Teysoo Galmaa Aanaa Gurawa Bajata
Idiletin Dhihacha jiru %70
Piroojeektootaa Gama Wajjiraa Abbaa Tayiitaa Dandiiwwaan Aanaa
Gurawaatii Bara Kana Hojjatamuuf Karoorfamaan Ilaalchisee

 Suphaa Dandii M/Doogu-T/Jalalaa-kunis calbaasin haqamera


 Daandii Araddaa M/Guddinaa -D/Gammachuu Cirracha Uwwisuu
 Daandii Araddaa Dorrobaa 03-C/Jannataa Cirracha Uwwisuu
 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa fi Naannoo
 Bara jalqabu 2014
 Baajata Qabame: 8,316,850
 Sararii lama Caalbaasin isaa bahee waligalte godhama jiruu keessaa kan
meyraa gudina-dirree gamachuu hojittii galame jira
Sarara Dandii Meyra-Dirree Galmaa
Sarara Dandii Meyra-Dirree Galmaa
Piroojeektii Ijaarsa Gamoo Waajjira Bulchiinsaa

 Madda Baajataa: Baajata Idilee Aanaa fi Hirmaannaa


Ummataa
 Bara jalqabe 2014
 Baajata Qabame: 8,000,000
 Pirojektichi bajanni isaa harki caalu hirmanna
umataatin waan karoorfamef ,bara kana keessaa
hirmanna sassabuu hin dandeenye kanaf gara
caalbasitti seenu hin dandeenye
Piroojeektoota Harayaa Baajata Fandii One wash tiin Hojjetaman

Piroojeektii Ijaarsa Ash Pit Fi Mana Fincaani Bufataa


Fayyaa Gurawaa
 Madda Baajataa: Baajata Fandii One Wash
 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Iskee fi shrkta
 Baajata Qabame: 580,551
 Baasii hanga amma raawwate: 580,551
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %:100

Ijarsaa mana fincaanii fi Ash pit BF
Gurawaa
Piroojeektii Ijaarsa Ash Pit Fi
Mana Fincaani Bufataa Fayyaa
Oroomitu
 Madda Baajataa: Baajata Fandii One Wash
 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Ballisa fi
shrkt
 Baajata Qabame: 580,551
 Baasii hanga amma raawwate: 580,551
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %: 100
Ijarsaa mana Fincaani fi Ash pit BF
Oromitu
Piroojeektii Ijaarsa Ashpit,Incilitor Fi Mana Fincaani Kellaa Fayyaa Araddaa
R/Jannataa

 Madda Baajataa: Baajata Fandii One Wash


 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Moggaasaa Fi
Sharikota
 Baajata Qabame: 432,628
 Baasii hanga amma raawwate: 432,628
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %: 100
m/fincaanii,Ash pit fi incilitor
Piroojeektii Ijaarsa Ashpit,Incilitor Fi Mana Fincaani Kellaa Fayyaa
Araddaa K/Hordaa

 Madda Baajataa: Baajata Fandii One Wash


 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Taajii fi
shrkta
 Baajata Qabame: 432,628
 Baasii hanga amma raawwate: 432,628
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %:100.
Mana Fincaani M/B Sad.2ffa Doogu Dhabbata Karitas
Jedhamun Hojjatame
Piroojeektii Haarawaa Baajata PSNP Hojjetaman

Piroojeektii Ijaarsa Jallisii Araddaa M/J/Balinaa


 Madda Baajataa: Baajata PSNP Care Ethiopia
 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: ______
 Baajata Qabame: 2,003,463.27
 Baasii hanga amma raawwate: 1,640,385.27
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %:70
Piroojeektii Haarawaa Baajata PSNP Hojjetaman
Piroojeektii Haarawaa Baajata PSNP Hojjetaman
Piroojeektii Ijaarsa Kellaa Fayyaa,M/Fincanii Fi Incilitor
Araddaa G/Qancaraa

 Madda Baajataa: Baajata PSNP Care Ethiopia


 Bara jalqabe 2014
 Waldaaaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: ______
 Baajata Qabame: 1,056,276.73
 Baasii hanga amma raawwate: 1,500,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii %: 100

Ijarsa K/Fayya ,M/Fincaani Fi Incilitor A/Gafra Qancara
Piroojeektiilee Haarawaa Dhabbiilee Mit- Motummaan /NGO
Hojjatamaan

Rehabilitation / suphaa bishaan dhugaatii araddaa


Dorrooba 03
 Maddaa Baajata Dhabaa ACF jedhaamuun
 Bara jalqabee 2014
 Bara Xumuraamee 2014
 Dhabaa /kontraaktaraa hojjatee :-
 Baajataa ramaadameef Qr Mil 4 oliin
 Baajata Hojiirraa oleeQr:-
 Sadarkaa Fiziikaala % 100
 Sadarkaa Faynaansii % 100
Rehabilitation Bishaan Dhugaatii Aradda Dorroba 03
Piroojeektii Haaraa Bajataa Galii M/Q/M/Gurawaatiin Hojjetaman

Piroojeektii Ijaarsa Barandaa Jimaa


 Madda Baajataa: Baajata Galii M/Q/M/Gurawaa
 Bara jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Wondiyyee fi
Shariikkota
 Baajata Qabame: 380,000
 Baasii hanga amma raawwate: 380,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii % : 100
Piroojeektii Diriirsa Sarara Bishaan Dhugaati
 Madda Baajataa: Baajata Galii M/Q/M/Gurawaa
 Bara jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Waldaya Abdi
Ahmadi fi Shariikkota
 Baajata Qabame: 150,000
 Baasii hanga amma raawwate: 130,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii % : 87
Piroojeektii Daandii Keessa Keessaa km 9.6

 Madda Baajataa: Baajata Galii M/Q/M/Gurawaa, DeeggarsaYunivarsitii


Haramaayaa fi Hirmaannaa ummataa
 Bara jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara hojjechaa jiru: Mana Qopheessaa
 Baajata Qabame: 1,500,000
 Baasii hanga amma raawwate: 1,980,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii % : 95
Dandii keessa keessaa
Piroojeektii Ijaarsa Madraka Tajaajila maraa

 Madda Baajataa: Baajata Galii Mana Qopheessaa Fi Baajata Aanaa


 Bara Jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: Ahmad Aadam Fi Shariikota
 Baajata Qabame: 100,000
 Baasii Hanga Amma Raawwate: 100,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii: 100
Ijarsaa Madrakaa Magaala Gurawaa
Piroojeektii Sarara Ibsaa Km 1.5 Diriirsu
 Madda Baajataa: Baajata Galii Mana Qopheessaa Fi Hirmaannaa Ummataa
 Bara Jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: Korporeeshini Humna Ibsa
 Baajata Qabame: 150,000
 Baasii Hanga Amma Raawwate: 143,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 100
 Sadarkaa Faayinansii: 97
Piroojeektii Ijaarsa Buufata Konkolaataa
 Madda Baajataa: Baajata Galii Mana Qopheessaa
 Bara Jalqabe 2014
 Bara Xumuramuu 2014
 Waldaya\kontiraaktara Hojjechaa Jiru: ______________
 Baajata Qabame: 400,000
 Baasii Hanga Amma Raawwate: 520,000
 Sadarkaa Fizikaala %: 96
 Sadarkaa Faayinansii: 130
Ijarsa Bufataa Konkolataa

You might also like