You are on page 1of 1

Guyyaa 07/11/2015 A.L.

I
Waldaa Tokkummaa Dhugaa Wangeelaa Damee Jimmaatiif
Jimmaa
Dhimmisaa: Deeggarsa gaafachuu ilaala.
Akkuma olitti ibsamuuf yaalameetti, nuti erga Ganda Ginjoo Guduruu keessatti hundoofnee
sagantaa waaqeffannaa jalqabnee yeroo dheeraa lakkoofsisneerra. Sagantaan keenya ulaagaalee
guutamuu qaban hundumaa guuttatee hojiitti galee ture. Gaggeessitoota waldaa, tajaajiltoota
gama hundaaniifi wantoota barbaachisoo hundumaa guuttannee qabna. Ta’us waraqaa
beekamtiifi qarshii kiraa manaa kanfalannu dhabnee jirra. Kanaaf, hanga ammaatti beekamtii
qabaannee sagantaa barbaachisoo ta’an qopheessuu hin dandeenye. Kanaafuu, waldaan keessan
deeggarsa barbaachisaa ta’e akka nuuf kennitu jechuun kabajaan isin gaafanna.

Nagaa Wajjin!
Gaggeessitoota waldaattirraa

You might also like