You are on page 1of 2

Guyyaa: 28/12/2012

Mana Hojii Abbaa Alangaa Aanaa Boosat


Adeemsa Hojii Galmeessa Rogaalee fi Kennaa Hayyamaatiif
Oolancitii
Ragaa Aangoo Bakka Bu’uummaa
Bakka Buufattuun:- Aadde Zamzam Tukee Boode La. Itiyoophiyaa
Teessoon: Go/Arsii Aanaa Doddoota Ma/Dheeraa Ganda 01
Bakka Buu’aan: Obbo Mangistu Tashoomaa Alamuu L. Itiyoophiyaa
Teessoon: Magaalaa Adaamaa Ganda Dh/Adii
Ani Bakka buufattuun angoo bakka bu’aa kiyyaf kennu mana jireenyaa
Go/Arsii Aanaa Doddootaa Ma/Dheeraa Ganda 02 keessattii maqaa kiyyaan
galmaa’ee argamu lakk kaartaa 0413977/2012 gaafa guyyaa 18/12/2012
naaf kennameen bal’ina iddoo M2 200 kan ta’ee ilaalchisee bakka bu’aan akka
kiyya ta’uudhaan, akka bulchu, to’atu, eegu, akka gurguru,akka jijjiruu,
maqaa akka naaneessuu, lafa kana mootummaan misoomaaf barbaadee yoo
fudhate beenyaa fi bakka bu’uumsa lafa akka fuudhu, waliigaltee lizii akka
mallateessu, liziidhaan lafa maqaa kiyyaan fudhee mana jireenya akka naaf
ijaaru, hayyama ijaarsaa fi foyyeefamaa pilaani akka baasu, hayyammaa
daldalaa akka basuu, akka haaromsu, barbaachisa ta’ee yoo argame deebiisa
akka godhuu danda’u, sanadaa fi qaboo yaa’ii irrattii akka mallateeesu, kafaltii
mootumaa fi gibira akka kafaluu, oggeesa qacaree ijaarsaa akka adeemsisuu,
meeshaalee ijaarsaaf barbaachisuu/ simintoo/ akka bitu, maqaa kiyyaan
ibsaa, bishaan, bilbila akka galchuu, qabeenyaa kiyya maallaqaa liqeefachuu
akka danda’u, kaffaltiiwwan barbaachisaan hundaa akkaa kaffalu, kireessuu,
kontireessuu, maallaqaa kiraas ta’ee kontiraataa herreege fudhuu akka
danda’u waliigaltee kiraa fi kontiraataa akka raawwatu, qabeenyaa kiyya irratti
falmiin yoo ka’ee abukaatoo seeraa bakka busuudhaan falmuu akka danda’uu,
Aangoo bakka bu’uummaa qaama 3ffaa nama biro bakka busuuf ta’e haquu
akka danda’uu walumaagaalatti qabeenyaa kiyya kana ilaalchisee waajjira
mootummaas ta’ee miti mootummaa, dhaabbilee ummataa, bulchiinsa ganda,
ejansii bulchiinsaa fi manajimantii fayyadama lafa magaalaatti
dhihaachuudhaan ani bakka buufattun raawwachuu qabu hundaa akka
raawwatu fi raawwachisu bu’uun S/H/H Lakk. 2199 fi 2205tiin bakka busuu
kiyyaa mallattoo kiyyaan ni mirkaneessa.

Mallattoo bakka buufattu


_____________________
Guyyaa: 18/06/2013
Mana Hojii Abbaa Alangaa Aanaa Boosat
Adeemsa Hojii Galmeessa Rogaalee fi Kennaa Hayyamaatiif
Oolancitii
Ragaa Aangoo Bakka Bu’uummaa
Bakka Buufattaan:- Obbo Mangistuu Lata Magarsaa La. Itiyoophiyaa
Teessoon: Go/Arsii Aanaa Doddoota G/Q/Bulaa Dilfaqaar
Bakka Buu’aan: Obbo Abarra Nagaash Jiruu L. Itiyoophiyaa
Teessoon: Magaalaa Dheeraa Ganda 02
Ani Bakka buufattuun angoo bakka bu’aa kiyyaf kennu mana jireenyaa
Go/Arsii Aanaa Doddootaa Ma/Dheeraa Ganda 02 keessattii maqaa kiyyaan
galmaa’ee argamu lakk kaartaa 06878/1022/2009 gaafa guyyaa 10/09/2009
naaf kennameen bal’ina iddoo M2 200 kan ta’ee ilaalchisee bakka bu’aan akka
kiyya ta’uudhaan, akka bulchu, to’atu, eegu, akka gurguru,akka jijjiruu,
maqaa akka naaneessuu, lafa kana mootummaan misoomaaf barbaadee yoo
fudhate beenyaa fi bakka bu’uumsa lafa akka fuudhu, waliigaltee lizii akka
mallateessu, liziidhaan lafa maqaa kiyyaan fudhee mana jireenya akka naaf
ijaaru, hayyama ijaarsaa fi foyyeefamaa pilaani akka baasu, hayyammaa
daldalaa akka basuu, akka haaromsu, barbaachisa ta’ee yoo argame deebiisa
akka godhuu danda’u, sanadaa fi qaboo yaa’ii irrattii akka mallateeesu, kafaltii
mootumaa fi gibira akka kafaluu, oggeesa qacaree ijaarsaa akka adeemsisuu,
meeshaalee ijaarsaaf barbaachisuu/ simintoo/ akka bitu, maqaa kiyyaan
ibsaa, bishaan, bilbila akka galchuu, qabeenyaa kiyya maallaqaa liqeefachuu
akka danda’u, kaffaltiiwwan barbaachisaan hundaa akkaa kaffalu, kireessuu,
kontireessuu, maallaqaa kiraas ta’ee kontiraataa herreege fudhuu akka
danda’u waliigaltee kiraa fi kontiraataa akka raawwatu, qabeenyaa kiyya irratti
falmiin yoo ka’ee abukaatoo seeraa bakka busuudhaan falmuu akka danda’uu,
Aangoo bakka bu’uummaa qaama 3ffaa nama biro bakka busuuf ta’e haquu
akka danda’uu walumaagaalatti qabeenyaa kiyya kana ilaalchisee waajjira
mootummaas ta’ee miti mootummaa, dhaabbilee ummataa, bulchiinsa ganda,
ejansii bulchiinsaa fi manajimantii fayyadama lafa magaalaatti
dhihaachuudhaan ani bakka buufattaan raawwachuu qabu hundaa akka
raawwatu fi raawwachisu bu’uun S/H/H Lakk. 2199 fi 2205tiin bakka busuu
kiyyaa mallattoo kiyyaan ni mirkaneessa.

Mallattoo bakka buufattu


_____________________

You might also like