You are on page 1of 15

Guyyaa 22/07/200

Daareektoreetii Qabeenya Humna namaatiif

Dhimmi:- Gabaasa Kurmaana 3ffaa kennuu ta’a

Akkuma mata duree irratti ibsamuu yaalametti kurmaana kurmaanaan


gabaasni hojjatame dhihaachuun dirqama kanaafuu gabaasaa
kurmaana3ffaa ji’a Amajjii hanga Bitootessa Fuula 4 xalayaa kana wajjiin
isiniif erginee jira.

Nagaa Wajjiin

Aynaalam Addunyaa

I/G Des Kunuunsa Gamoo,


Qul.

Mooraa fi Tajaajila
1. Seensa

Deeskiin Kunuunsa Gamoo, Qulquliin mooraafi Tajaajila mooraa ,hawwataa


fi bareedaa akka ta’u taasisuufi suphaalee meeshaa biiroo keessaa suphuufi
hojachuun hojii kutannoon hordofudha .

2. Barbaachisumaa Gabaasaa

Gabaasni hojimaata biiroodhaaf baayyee barbaachisaa dha hojiilee hunda


harcaati malee fi karaa saayinsawaa ta’een kan hojjatame gabaasuun
kaayyoo Dhabbatichaa galmaan ga’u dandeesissa kanaafu Gabaasni
barbaachisaadha.

3. Mul’ata
Bara 2012tti Oromiyaatti Miidiyaa filatamaa bahaa Afrikaatti Miidiyaa Dorgomaa ta’uu.

Ergama

Oduu fi Sagantaalee Waytaawwaa, Madaalawwaa fi qulqulluu Bashananisiisaa


barsiisan Teeknooloojii miidiyaa ammayaa fi ogeesota ga’uusa qaban fayadamuun
dhiyeesuun ummanni sochii ijaarsa sirna dimookiraasii, maqaa gaarii naanichaa
ijaaruu misoomaa fi walta’iinsa biyaalesaa uumuu keessatti damaqinaan akka
hirmaatu gochuu.

4. Duudhaalee Dhaabbata Raadiyyoo fi TV Oromiyaa


 Amanamummaa
 Gareen hojjachuu
 Sagalee ummataa ta’uu
 Antummaa ummata bal’aa

 Al-loogummaa
 Garaagarummaa keessumeessuu
 Itti gaafatamummaa
 Iftoomna uumuu
 Jijjiramaaf hojjachuu

Toorawwan Xiyyeeffannoo Tarsiima’aa

1) Odeeffannoo fi sagantaalee qulqulluu sadarkaan isaanii eegame


Waliinga’insa Miidiyaa (Media coverage)
2) Hojjataa gahumsaa fi dandeettii raawwachuu qabu uumuu.
3) Haalii hojii Mijataa fi Naamusin gaariin akka jiraatu haala mijeesuu.
4) Qulqullina Gamoo fi miidhagina Mooraa eeguu.
5) Meeshaalee biiroo keessaa suphuu
6) Proojaktii Ijaarsa Gamoo fi Bishaanii xiyyeeffannaa guddaa kan barbaadu

Kaayyoo

 Kaayyoon inni guddaan Itti Quufiinsa Maamilaa dabaluu


 Itti fayyadama maallaqaafi qabeenyaa fooyyesuu
 Haala gaariin maamilaa simachuufii keessummeess

Galmoota Gurguddoo

 Biqiltuuwwan Ilillii marga mooraa keessaa kunuunsuun hawwattumaa


mooraa dabaluu
 Qulqullina gamoo keessaa fi alaa kutaalee koolidariifii manneen fincaanii
eeguu
 Sirna onnachiiftuu diriirsuun hojjataan akkaataa dandeetti fi raawii hojii
isaatiin madaalamaa akka deemu gochuu
Kallatttii Raawwii

Hojiin Gurguddoon hojjataman


 Karoora bilchaataa qopheessuu
 Tajaajila barbaadamu yeroon keennuu
 Qulqullina kutaalee hojii fi kooridarii eeguu
 Kunuunsa biqiltuufi Qulqullina mooraa taasisuu
 Bishaan jiraachu hordofuu yoo hinjire dafanii furmaata akka
kennamu gochuu
 Raawwii yeroo yeroon qorachuun dubdeebii kennuu

Cimina

 Karooraan hoogganamuu
 Tiimiin hojjachuu
 Mooraan hawwataafi Miidhagaa akka ta’u gochuu

Hanqina

 Yeroo bishaan hin jirre biqiltuufis ta’ee mana qulqullinaatiif bishaan


dhabuu
 Hojii adda addaatiif namootni biqiltuu keessaa ta’ee qulqulleesituu keessaa
fuudhuu

Yaada Furmaataa

 Piroojaktiin bishaanii hatattamaan akka duuf diriiruufi bishaan argannu


gochuu
 Yeroo hojiif hojjattoonni barbaadaman bakka nuubuusuu ykn qaxaruu
Gabaasa Deeskii Kunuunsa Gamoo, Qulqulinaa Mooraa fi Tajaajilaa bara 2009 kan kurmaana 3ffaa

Garee Qulqulina

Lak. Hojiiwwan karoorfaman Saf. Manii Karoora Raawwii % Waggaa


waggaa kurm 3ffaa kurm 3ffaa irraa
1 Qulqullin gamoo manneen boolii fi mooraa Guyy. 366 91.5 90.8 24.8
eegamuu isaaniii hordofaa mana boollii 63
seeraan akka qulqullaa’an godhamee jira
2 Gaaffii bittaa meeshaalee qulqulliinaa fi kununsa Lakk. 12 3 2.5 20.83
biqiltuutiif barbaachiisan yeroon dhiheessu.
3 Galmii fi eddoowwan waltajjii gaggabaaboo Yero. Akaata Akaata Yeroon
akka qulqullaa'ani mijatan tasisamee jira baradamen baradamen waltaji
ademsifamu
4 Gaaffii suphaa meeshaalee qulqulliinaa, Kur. 4 1 25
ujummoo bishaanii, foddaa,balbalaa manneen
boolii fi furtuu balbalaa yeroodhan qoratee
adeemsa suuphaatiif dhihaatee jira
5 Hojjettoota Dhaabbatichaa ufatni seeraa isaan Lak 2 - 1 -
ilaalatu adda baasee yeroodhan qaama bittaa
raawatuuf diyeesee jira
6 Mooraan dhaabbatichaa hawwataa akka ta'u fi Lak 312 78 70 22.43
eddoon boqannaa fi bashannanaa qulquleesuu
7 Qulquliina koriniisii akka eegu gochee jira " 312 78 72 23
8 Kutaallee adda adda qulquleesuu 150 " 312 78 70 22.43
9 Fodda kutallee fi goolgaa fooddaa akkataa " Akkataa Akkataa
barbachisuma isattiin qulqulaa’ee jira barbadamee barbadamee
n n
Gamoo kunsuutoota biqiltuu

Lak. Hojiiwwan karoorfaman Saf. Karoo. karoora Raawwii


waggaa kurmaana 3ffa kurmaana 3ffaa %waggaa
irraa
1 Biqiltuu dhabuu fi muduraa dhabuu kunuunsuun Guyy. 1000 150 30 20%
raawwatamee jira
2 Ilillii mana keessaa fi barndaa pottin jiru kununsu Lakk. 160 40 40 25
3 Biqiltuu ilillii fi margaa prunigi gochuun kunuunsu L.M 2448 612 600 24.5
4 Biqiltuu jallaa malichii gochuun akka rirmaan Hek. 3.708 0.927 0.927 25
hinmidhamne to'achuu fi qorichaa fayadamuu
5 Ililii gosa adda addaa fi muukaa urmantalii dhabuu Lak 250 - - -
6 Margaa dhabuu Hek. 0.046 - - -
7 Biqiltuwwan dhabaman itti sogaruu fi aramuu KM2 10,000 2500 2000 20
kununsuu
8 Margaa dhaabamee jiru mashinaan walqixeesu Hek. 0.216 - - -
9 Biyyee fi komposti ( diikee ) qophesuu fi biqiltuu M3 960 240 200
irra firfirsuu 20.83
10 Qulqulina sayitii biqiltuu keessa guyyaa guyyan Torba. 96 24 22 22.92
ademsisuu, hojii duulaa quliquliina irrati hirmaachuu

11 Marii 1.5 guyyaa gegeefamu Guyyaa 288 72 72 25


12 Gamaggamaa rawwii hojii tokko shanee gageesuu Ji'a 12 4 4 25
13 Biqiltuu fi muudura Ababboo biituu Lakk 500 - - -
14 Lafaa haarawaa misoomsuu bashananaaf kan oluu Hek. 1000 250 200 20
15 Tessoo bashanana fi iddoo bashana qopheessuu. Lak. 50 - - -
Suphaa Gamoo fi Tajjaajilaa Gamoo

Lak Hojiiwwan karoorfaman Saf. Manii Karoora Raawwii % Waggaa


. waggaa kurmaana 3ffaa kurmaana 3ffaa irraa

1 Jijjiraa silndeerii Lakk. 205 51 49 23.90


2 Jijjiirraa furtuu guutuu 100 25 24 24
3 Suphaa minjaalaa " 50 13 10 20
4 Suphaa sheelfii " 15 4 4 25
5 Suphaa diroowarii ‘’ 80 25 25 31.25
6 Suphaa balbalaa Lakk 120 30 30 25
7 Jijjiirraa ejetaa balbalaa ‘’ 100 25 25 25
8 Suphaa akka tasaa ‘’ 12 4 3 25
9 Proojaktiin Gamoo Caalbaasiin faaynaansii
banamee jira Biiroon konstiraakshinii
appiroov gochuu qofat hafe
Suphaa Ujumoo Bishaanii

Lak. Hojiiwwan karoorfaman Saf. Manii Karoora Raawwii % Waggaa


waggaa Kurmaana 3ffaa Kurmaana3ffaa irraa

1 Suphaa mana boollii suphame Lakk. 120 30 25 20.83


2 Suphaa dhiqannaa harkaa hojjatamee jira " 300 75 75 25
4 Suphaa Hand wash foucet hojjatamee jira " 280 70 70 25
4 Shuphaa Jijjiiraa sit coveni mana boolii ‘’ 26 - - -
5 Jijjiirraa floating valvii gaggeeffamee jira ‘’ 4 2 2 50
6 Jijjiirraa Ataakinnii ‘’ 100 25 25 25
7 Jijjiirraa Siifoonii ‘’ 60 15 15 25
8 Jijjiirraa Foosetii ‘’ 20 5 6 10
9 Jijjiirraa Geetvaalvii Biqiltuu ‘’ 20 5 4 20
10 Jijjiirraa angil valvii ‘’ 20 5 4 20
11 Saampilii bishaanii qoratamee ‘’ - - -
conistraactioniin jalqabamuuf ademsaa irraaa
jiraa
Karoora kurmana 4ffaa 2009 kan Deeskii Kunuunsa Gamoo Qulqulinaa mooraafi Tajaajilaa

Manni ( Kurmaanaan) Ibsa


Manii
Lakk Hojiiwwan Karoorfaman Saf. Wagga
a
Qulqullina Gamoo
Kur Ebla Caa Waxabaj
4ffa msa ii

1 Qulqulli Gamoo manneen Fincaanii boolii fi Guyy. 366 Guyyatti yeroo 5 qulqullesu
78 78 78
mooraa eegamuu isaanii hordofuu 78
Mana fincanii 63
2 Gaaffii bittaa meeshaalee qulqulliinaa,fi kununsa 1 1 1 Yeroo barbadameti
12 3
biqiltuutiif barbaachiisan yeroon dhiheessuu. Lakk
3 Galmii fi eddoowwan waltajjii gaggabaaboo akka 30.6 30.6 Yeroo hunda
qulqullaa’ani mijatan tasisuu Yero. 366 92 30.6

4 Gaaffii suphaa meeshaalee qulqulliinaa,ujummoo 1 ‘’


bishaanii,foddaa,balbalaa, Manneen boolii fi furtuu 2 - 1
4
balbalaa y eroodhan qoratee Adeemsa suuphaatiif Kau.
ni dhiheesan.

5 Mindaa Namoota filiraansii akka yeroon kafalamu Ji’a ji’aan

xalayaa qopheessee ni dhiheessa lakk 12 3 1 1 1


6 Mooran Dhaabbatichaa hawwataa akka ta’u fi Yeroo
eddoon boqannaa fi bashannanaa qulquleesuu 366 92 30.6 30.6 30.6 92 30.6 30.6 30.6 hunda

7 Qulquliina Koriniisii kutaalee Eeguu Guyy ‘’


aa 366 92 30.6 30.6 30.6 92 30.6 30.6 30.6

8 Kutaallee adda adda qulquleesuu 150 Lak. ‘’


366 92 30.6 30.6 30.6 92 30.6 30.6
Kunsuutoota Biqiltuu

Manni
Manii
Lakk Hojiiwwan Karoorfaman Saf. Waggaa ( Kurmaanaan)
Kur4 Ebla Caa Waxa
m b
1 Biqiltuu Mukkaa Dhabuu fi muduraa dhabuu Lakk. 1000 650 20 30 600 Yeroo barbaachisu
2 Ilillii mana keessaa fi barndaa pottin jiru kununsu lak 40 40 40 40 40 kununsuu

3 Biqiltuu ilillii fi margaa prunigi gochuun kunuunsu Hek 0.245 Yero barbaachisutti
4 Biqiltuu jallaa malichii gochuun akka rirmaan ‘’
himmidhaminee to’achuu fi qoricha fayyadamuu Hek. 3.705
5 Ililii gosa adda addaa fi mukaa urmantaalii Lakk. 500 350 20 50 300 ‘’
dhabuu
6 Margaa dhabuu ‘’
Hek. 0.23
7 Biqiltuwwan dhaabaman itti sogaruu fi Hek. 4 2 1 1 - ‘’
aramuu,kunsuuu
8 Margaa dhabamee jiru mashinaan waliqixeesu. Hek 0.208 ‘’

9 Biyyee fi komposti (diikee) qophessuu fi biqiltuu M3 96 Yeroo barbaachise


irra firfirsuu
24 8 8 8
10 Qulqulina saayit biqiltuu keessa guyyaa guyyaan Torba. 96 22 Yeroo hunda
ademsisuu, Hojii duulaa qulqulinaa irratti
8 8 8
hirmaachuu
11 Marii tokko shanee guyyaa guyyaan geggeessuu Guyya 92 ‘’
a
12 Gamaggamaa raawwii hojii tokko shanee Ji’a 12 ‘’
3 1 1 1
gageesuu
13 Biqiltuu fi muudura Ababboo Bituu Lakk. 500 450 50 100 300 Yeroo barbaachisu

Suphaa Gamoo fi Tajaajila Gamoo

Manni
Manii
Lakk Hojiiwwan Karoorfaman Saf. Waggaa ( Kurmaanaan) Ibsa
Kur Ebla Caamsa Waxabaj
4ffaa jii
1 Jijjiirraa siliindarii Lakk. 205 51.25 17.08 17.08 17.08 Yeroo cabe
2 Jijjiirraa furtuu Guutuu lak 100 25 9 8 8
3 ‘’ 50 Yero barbaachisutti
Suphaa minjaalaa
4 Suphaa sheelfii 15 4 1 2 1 ‘’
‘’
5 Suphaa diraawarii Lakk. 80 20 7 7 6 ‘’
6 Suphaa Dallaa 10 8 2 - ‘’
met 20
7 Halluu dibuu kaare 5000 1250 416 416 416 ‘’
8 Suphaa balbalaa Lakko 120 30 10 10 10 ‘’
9 Jijjiirraa ijataa balbalaa Lakk 100 25 ‘’
10 Suphaa akka tasaa Torba. 12 ‘’
11 Piroojaktii Gamoo jalqabsiisuu
Tajaajila Bishaanii

Manni Ibsa
Manii
Lak Hojiiwwan Karoorfaman Saf. Waggaa ( Kurmaanaan)

k
Kur Ebla Caam Waxabajjii
4ffaa sa
1 Suphaa Ujumoo Gurguddaa lafa keessaa Metiraan 200 50 18 16 16
2 Suphaa mana fincaanii Lakk. 120 30 10 10 10
3 Suphaa dhiqannaa harkaa " 300 75 25 25 25
4 Suphaa Hand wash foucet " 280 70 24 23 23
5 Shuphaa Jijjiiraa sit coveni mana fincaanii ‘’ 26 15 5 5 5
6 Jijjiirraa floating valvii ‘’ 4 1 - 1 -
7 Suphaa Taankarii Supper fiber ‘’ 6 2 1 1 -
8 Jijjiirraa Ataakinnii ‘’ 100 25 10 7 8
9 Jijjiirraa Siifoonii ‘’ 60 15 5 5 5
10 Jijjiirraa Foosetii ‘’ 20 5 2 2 1
11 Jijjiirraa Geetvaalvii Biqiltuu ‘’ 20 5 1 2 2
12 Jijjiirraa angil valvii ‘’ 20 5 2 1 2
13 Fiitiingii lafa keessaa jijiiruu ‘’ 40 10 6 8 6
14 Saampilii bishaanii qorachiisu ‘’ 4 2 1 - 1
15 Kuusaa bishaanii dhiquu ‘’ 4 2 - 1 1
Kan Qophees Maqaa _____________________________
Mallatoo _____________________________

You might also like