You are on page 1of 10

Gabatee Taarifa Galii Mana Qopheessaa Magaalota Oromiyaa

T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin


Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
1 Gibira mana magaalaa (Baaxii fi Goorroo) 1701
1.1 Kan mana jireenyaa Qr.
1.1.1 Mana meeshaalee naannoo /mukaa fi dhoqqee/ " 250-300 225-275 175-225 125-175 100-125 80-100
1.1.2 Mana Bilokeettii fi dhakkaa /Viillaa/ " 400-500 400-500 350-450 300-400 275-300 200-250
1.1.3 Mana Abbaa darbii (Gamoo G+) " 600-700 600-700 550-600 500-550 450-500 400-450
1.2 Mana Daldalaa Qr.
1.2.1 Mana meeshaalee Naannoo /mukaa fi dhoqqee/ " 400-450 400-450 350-400 300-350 250-300 200-250
1.2.2 Mana Bilokeettii fi dhakkaa /Viillaa/ " 600-700 600-700 550-600 500-550 450-500 400-450
1.2.3 Mana Abbaa darbii hanga 2(Gamoo G+2) " 800-900 800-900 750-850 700-750 650-700 600-650
1.2.4 Mana Abbaa darbii 3 hanga 4(Gamoo G+4) " 1050-1300 1050-1300 900-1050 850-950 800-900 750-850
1.2.5 Mana Abbaa darbii 5 hanga 6(Gamoo G+6) " 1600-2000 1600-2000 1400-1700 1300-1550 1100-1200 1000-1100
1.2.6 Mana Abbaa darbii 6 olii " 3000-4000 3000-4000 2500-3000 2000-2500 1500-2000 1500-2000
2 Taaksii Ashuraansii (Ragaa Abbaa qabeenyummaa 1702 Qr. 200-300 150-250 150-200 125-150 100-125 75-100
qabeenya dhaabbataa liqaa baankiif kennuu)

3 Galii Bashaannanaa 1703


3.1 Agarsisaa Sinimaa, Tiyaatira, fi kkf (tiiketii tokkotti) " 1-2 1-2 0.75-1 0.50-0.75 0.40-0.60 0.25-0.40
3.2 Kaffaltii seensa Istediyoomi irraa " 1.5-2.00 1-1.50 0.50-0.75 0.40-0.60 0.30-0.40 0.25-0.30
4 Kiraa lafa magaalaa 1721
4.1 Kiraa mana gandaa fi mana qusannaa
 5 Mana jireenyaa 1722 Akkaataa taarifa kiraa ykn Taarifa waliigaltee Bulchiinsa magaalaa fi qaama kiraa lafaa kiraan kaffaluuf waliigalee gidduu jirun akkaataa
 6 Mana daldalaa 1723 qabatama magaalaatiin kan raawwatamuudha.
 7 kiraa Barandaa, sheedii, galmaa magaalaa, giddugala 1724
gabaa
 8 Kiraa madaba Gabaa 1725
8.1 Gaaddisa kan qabu (m 2 tokkoon) Qr
8.1.1 Sadarkaa 1ffaa(Ji’aan) " 25-30 25-30 20-25 18-23 15-19 12-16
8.1.2 Sadarkaa 2ffaa " 22-25 22-25 18-20 16-18 12-15 10-13
8.2 Gaaddisa kan hin qabne(m 2 tokkoon) Ji’aan
8.2.1 Sadarkaa 1ffaa " 16-20 16-20 12-14 10-12 8-10 6-8
8.2.2 Sadarkaa 2ffaa " 10-12 10-12 8-10 6-8 5-6 4-5
8.2.3 Sadarkaa 3ffaa " 6-8 6-8 5-6 4-5 3-4 2-3
 9 Qaraxa Tajaajila Gabaa Beeladaa  1726
9.1 Horii maalaa guyyaa tti
9.1.1 Sangaa fi sa’a tokkotti Qr. 20-30 20-30 18-25 16-20 15-18 12-14
9.2 Gaala
9.2.1 Guyyaatti Gaala tokkotti “ 20-30 20-30 18-25 16-20 15-18 12-14
9.3 Kotte Duudaa (Gaangee, Fardaa fi Harree)
9.3.1 Guyyaatti Beelada tokkotti “ 15-20 15-20 16-18 13-15 11-13 10-12
9.4 Hoolaa fi Re’ee
9.4.1 Guyyaa qofaaf kan fayyadaman “ 8-10 8-10 6-8 5-7 4-6 3-5
9.5 Booyyee
9.5.1 Yoo guyyaa gabaa qofaaf ta’e “ 6-8 6-8 5-7 4-6 3-4 2-3
9.6 Lukkuu/Handaaqqoo
9.6.1 Warra daldalaaniif tokkotti Qr. 0.50-1.00 0.50-1.00 0.50-1.00 0.50-1.00
10 Konkolaataa Reeffaa (Tajaajila tokkotti) 1727 Tajaajilaan 200-300 200-300 200-300 200-300 200-300 200-300
11 Kiraa Maashinarootaa fi Konkolaattotaa (Sa’aatiin) 1728  Qr
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
11.1 Gireedara " 1000-2000 1000-2000 800-1500 800-1500 700-1200 600-1000
11.2 Doozara 1000-2000 1000-2000 800-1500  700-1400 600-1200 500-1000
11.3 Tiraaktara 500-1000 500-1000 400-800  400-800 300-700 200-600
11.4 Loodara 800-1500 800-1500 500-1300  500-1300 400-1200 300-1000
11.5 Ruulloo 800-1500 800-1500 500-1300  500-1300 400-1200 300-1000
11.6 Konkolaataa Garagalchaa (DampTruck)(Guyyaan)
11.7 Konkolaataa kosii gogaa kaasu “ 1600-2000 1600-2000 1600-2000 1600-2000 1500-1800 1400-1600
11.8 Konkolaataa xurii dhangala’aa (Biyaajoo)
11.8.1 Mana jireenyaa “ 500-800 500-800 400-700 300-500 200-400 100-300
11.8.2 mana daldalaa “ 700-1000 700-1000 600-800 400-700 300-600 200-500
11.8.3 Dhaabbilee misooma mootummaa fi miti mootummaa “ 500-800 500-800 400-700 300-500 200-4000 100-300
11.8.4 Waajjiraalee Mootummaa 300-500 300-500 300-500 300-500 200-400 100-300
12 Galii Liizii Lafaa 1731
12.1 Liizii lafa magaalaa Dambii liizii lafa magaala Naannoo Oromiyaa 182/2005, kan raawwatamu ta’a.
13 Kaffaltii Tajaajila Daldalaa fi Ogummaa 1741 Wag
gurgurtaa waggaa ykn galii argatan irraa
13.1 Gurgurtaa tajaajilawwan adda addaa,
oogummaa,Industiriiwwan,Oomishtoota,dhaabbilee
Miti Mootummaa, PLC. Interpirizoota,Yuuniyeenota,
Waldaalee hojii gamtaa fi Waldaalee Imx irratti
bobba’aan hundaa

13.1.1 Hanga Qarshii 100,000 tti waggatti 0.55%-0.75% 0.55%-0.65% 0.50%-0.60% 0.45%-0.55% 0.40%-0.50% 0.35%-0.40%
13.1.2 Hanga Qarshii 500,000tti garaagarummaa irratti " 0.35%-0.45% 0.30%-0.35% 0.25%-0.30% 0.20%-0.25% 0.15%-0.20% 0.10%-0.15%
13.1.3 Hanga Qarshii 1,000,000tti garaagarummaa irratti " 0.33%-0.40% 0.30%-0.35% 0.25%-0.30% 0.20%-0.25% 0.15%-0.20% 0.10%-0.15%
13.1.4 Hanga Qarshii 5,000,000tti garaagarummaa irratti " 0.10%-0.12% 0.09%-0.11% 0.08%-0.10% 0.07%-0.09% 0.06%-0.08% 0.05%-0.07%
13.1.5 Hanga Qarshii 10,000,000tti garaagarummaa irratti " 0.06%-0.08% 0.05%-0.07% 0.04%-0.06% 0.03%-0.05% 0.02%-0.04% 0.01%-0.03%
13.1.6 Hanga Qarshii 35,000,000 tti garaagarummaa irratti " 0.04%-0.06% 0.03%-0.05% 0.025%0.04% 0.02%-0.03% 0.015%-0.02% 0.01%-0.02%
13.1.7 Hanga Qarshii 65,000,000 tti garaagarummaa irratti " 0.037%-0.05% 0.035%-0.045% 0.03%-0.04% 0.025%-0.035% 0.020%-0.03% 0.015%-0.02%
13.1.8 Hanga Qarshii 100,000,000 tti garaagarummaa irratti " 0.03%-0.04% 0.026%-0.035% 0.024%-0.030% 0.022%-0.028% 0.020%-0.025% 0.018%-0.022%
13.1.9 Hanga Qarshii 150,000,000 tti garaagarummaa irratti " 0.03%-0.0.04% 0.028%-0.038% 0.026%-0.034% 0.024%-0.30% 0.022%-0.28% 0.22%-0.026%
13.1.10 Hanga Qarshii 150,000,000 olitt garaagarummaa irratti " 0.0066%-0.007% 0.0066%-0.007% 0.0055%-0.006% 0.005%-0.0055% 0.004%-0.005% 0.003%-0.004%

13.2 Dhaabbilee faayinansii Bankii fi Inshuraansii,taarifa Qr. 10,000-20,000 10,000-20,000 10,000-20,000 5,000-10,000 4,000-8,000 3,000-5,000
muramaa dammee tokkotti kafalamu (Waggaatti)
13.3 Dhaabbilee Miikroo Faayiinansii ( liqii fi qusaanoo) " 2000-4000 2000-4000 2000-4000 1000-1500 800-1200 700-1000
taarifa muramaa damee tokkotti kafalamu (Waggaatti)

13.4 Kaffaltii Tajaajilaa kontaraaktaroota ijaarsa(Gatii %/ 0.25 0.25 0.25 0.15 0.13 0.12
Caalbaasii ittiin mo’aate VAT duran)
14 Kaffaltii Hayyama Ijaarsaa 1742
14.1 Hayyama Ijaarsaa mana jireenyaa, Daldalaa,
Industiriwwan, dhabbilee misooma(Bankiiwaan,
interpriyzoota fi corpooreshinoota) fi kkf Akkataa Dambii Gamoo Naannoo Oromiyaa lakk 156/2005 bahe irratti hunda’uun kan raawwatamu ta’a

14.2 Qophii fi mirkaneessa dizaayinii yookiin pilaanii


15 Adabbii 1746
Kafaltiiwwan Mana qopheessaaf kafalamuu qaban kamiyyuu yeroo taa’e keessatti yoo kaffalamuu baate akkuma yeroon dhumeen ji’a jalqabaa adabbii ka’uumsaa 5% kaffalamee ji’a lammaffaa irraa kaasee ji’a
ji’aan %2 irratti dabalaa deemuun hanga %25 itti fuufa jechuudha.
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
15.1 Hoteela ,mana nyaataa, mana bunaa, kaafteeriyaa kkf
qulqullina keessoo isaanii eeguu yoo baatan
15.1.1 Yeroo 1ffaa Qr. 300-400 300-400 250-350 200-300 150-250 100-150
15.1.2 Yeroo 2ffaa " 400-600 400-600 300-500 250-450 200-400 150-350
15.1.3 Yeroo 3ffaa “ Cufamuu qabaa
15.2 Adabbii sochii seeraan alaa ilaalchisee buufamu “
15.2.1 Ijaarsa seeraan alaatiin wal-qabate “ Akkaataa seerota lizii lafa magaalaa 182/2008 fi dambii Gamoo naannoo Oromiyaatiin 156/2005 bulchuuf baheen kan
raawwatamu ta’a.
15.2.2 Lafa qabiyyee ofiirratti ijaarsa istaandaardii gadi “
gaggeessuu
15.2.3 Adabbii sochii qulqullina magaalaa faalleessuun wal- Qr.
qabatee
15.3 Kosii gogaa fi xurii iddoo hin hayyamamnetti gatuu “
15.3.1 Mana jireenyaa “
15.3.2 Yeroo 1ffaa " 200-400 200-400 150-350 120-300 100-250 75-150
15.3.3 Yeroo 2ffaa " 300-500 300-500 250-450 250-450 200-350 150-300
15.3.4 Yeroo 3ffaa " 350-600 350-600 300-500 275-450 250-400 200-350
15.3.5 Yeroo 4ffaa “ Seeratti dhiyaata
15.4 Mana daldalaaf “
15.4.1 Yeroo 1ffaa " 350-500 300-450 250-400 200-350 150-300 100-200
15.4.2 Yeroo 2ffaa " 500-600 450-500 350-450 300-400 250-350 200-300
15.4.3 Yeroo 3ffaa " 700-800 600-700 500-600 400-500 300-400 200-300
15.4.4 Yeroo 4ffaa “ Seeratti dhiyaata
15.5 Karaa ummatni itti fayyadamu ijaarsa adda addaan " 700-850 700-800 600-700 500-600 400-500 300-400
cufuu
15.5.1 Karaa fi bo’oo lolaa dhagaa , cirrachaa fi kkf Eyyama " 350-450 300-400 250-350 200-300 150-250 100-200
malee cufuu
15.5.2 Konkolaataa Buufata konkolaataa alaatti fe’ee argame " 500-600 450-550 350-450 300-400 250-350 200-300

15.5.3 Bishaanii roobaa daandii kutanii jallisuu " 350-400 300-350 250-300 200-250 150-200 100-150
15.6 Beelada adda addaa magaalaa keessa gadi lakkisuu “
15.6.1 Sangaa fi Sa’a " 35-55 30-50 25-35 20-30 15-25 10-20
15.6.2 Hoolaa fi Re’ee " 35-45 30-40 25-35 20-30 15-20 10-15
15.6.3 Farda, Gaangee fi Harree " 45-55 40-50 35-45 30-40 25-35 20-30
15.6.4 Gaarii iddoo dhorkaarra adeeme " 70-100 60-80 50-70 40-60 30-50 25-40
15.6.5 Gaarii gabatee malee adeeme argame “ 100-150 100-150 90-130 80-120 70-100 65-80
15.7 Beeksisa hayyama malee fannisuu, dhaabuu, raabsuu fi “ 200-300 150-250 120-200 100-150 80-120 60-100
kkf.
15.8 Muka hayyama malee muruu “ 200-300 150-250 100-200 80-150 70-100 60-80
15.9 Konkolaataa karaa irratti dhiquu “ 150-200 100-150 80-100 60-80 50-70 40-60
15.10 Beelada adda addaa du’an iddoo dhorkaarratti gatuu " 200-250 150-200 100-150 80-100 70-80 60-70
15.11 Beelada qalma seeraan alaa gaggeessuu “
15.11.1 Sangaa fi Sa’a " 1000-2000 800-1500 600-1000 500-800 400-600 300-500
15.11.2 Hoolaa fi Re’ee “ 200-300 200-300 150-200 100-150 80-100 60-80
15.11.3 Gaala " 1000-2000 800-1500 600-1000 500-800 400-600 300-500
15.12 Beelada mooraa gabaatiin ala gurguruu “
15.12.1 Sangaa fi Sa’a " 35-50 30-45 25-40 20-35 15-30 10-25
15.12.2 Hoolaa fi Re’ee “ 10-15 10-15 7-10 7-10 5-8 5-8
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
15.12.3 Farda, Gaangee fi Harree " 35-50 30-45 25-40 20-35 15-30 10-25
15.12.4 Gaala " 40-60 35-50 30-45 25-35 20-30 15-25
15.13 Daldala seeraan alaa gaggeessuu “
15.13.1 Yeroo 1ffaa " 80-150 70-120 60-100 50-80 40-70 30-60
15.13.2 Yeroo 2ffaa " 125-200 100-150 80-120 70-100 60-80 50-70
15.13.3 Yeroo 3ffaa Qabeenya isaa irraa fudhachuu
16 Tajaajila Buufata Konkolaataa 1747
16.1 Minibaasii abbaa teessoo 12
16.1.1 Seenee fe’ee bahuu (yeroo tokko) 6-7 6-7 5-6 5-6 4-5 4-5
16.1.2 Yoo bule (halkan tokko) 10-12 10-12 10-12 10-12 8-10 8-10
16.2 Konkolaataa nama 13 – 17 fe’u
16.2.1 Yoo seenee fe’ee bahu (triippii tokko) 8-9 8-9 7-8 7-8 6-7 6-7
16.2.2 Yoo bule(yeroo tokko) 13-15 13-15 13-15 13-15 12-13 12-13
16.3 Konkolaataa nama 18 – 24 fe’u
16.3.1 Yoo seenee fe`ee bahu(tiriippii tokko) 10-11 10-11 9-10 9-10 8-9 8-9
16.3.2 Yoo bule(yeroo tokko) 16-18 16-18 16-18 16-18 14-15 14-15
16.4 Konkolaataa nama 25 – 32tti fe’u
16.4.1 Yoo Seenee fe’e ba’u(triippii tokko)  12-14  12-14  11-12  11-12 10-11 10-11
16.4.2 Yoo bule(yeroo tokko)  19-21  19-21  19-21  19-21 19-21 19-21
16.5 Konkolaataa Nama 33-44tti fe’u
16.5.1 Yoo Seenee fe’ee bahu(tirippii tokko) 15-17 15-17 13-15 13-15 11-13 11-13
16.5.2 Yoo bule(yeroo tokko)  22-24 22-24 22-24 22-24 22-24 22-24
16.6 Konkolaataa Nama 45 Ol-fe’u
16.6.1 Yoo Seenee fe’ee bahu (tiriippii tokko) tti  18-22  18-22  16-20  16-20 15-18 15-18
16.6.2 Yoo bule (yeroo tokko) tti 25-27 25-27 25-27 25-27 25-27 25-27
17 Kaffaltii biroo 1749
17.1 Kaffaltii utubaa teelee fi humna ibsaa
17.1.1 Tajaajila lafa boolla utubaan teelee fi ibsaa itti Qr 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2
dhaabbatu (Utubaa dhaan waggaatti)
17.1.2 Iddoo maaster keebiliin Teelee lafa jala (saanduqaan Qr 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2
irra) dhaabbate(M2 dhaan Waggatti)
17.1.3 Iddoo Tiranisfoormariin ibsaa itti dhaabbate (m 2 dhaan) 20-25 20-25 20-25 20-25 20-25 10-15

17.2 Suura iddoowwan adda addaa magaalaa keessaa Qr 30-50 30-50 20-30 20-30 15-20 15-20
fudhachuuf (kaameeraan guyyaatti)
17.3 Suuraa vidiyoo waraabbachuu dhaaf “ 100-200 100-200 50-10 50-100 40-80 40-80
17.4 Horii bade yeroo dhaaf tursuu
17.5 Horii gaafaa fi kotte duudaa(guyyaan) Qr 30-50 30-50 20-30 20-30 15-25 12-20
17.5.1 Hoolaa fi Re’ee “ 10-15  10-15  8-12  8-12  6-10  6-10
18 Kaffaltii Tajaajila Qulqullinaa 1751
18.1 Mana jireenyaa(kuntalaan) Qr 15-20 13-18 10-15 5-10  4-8  3-5
18.2 Manneen daldalaa adda addaa(kuntalaan)  Qr 35-45 30-40 20-30 10-20  8-15  6-10
18.3 Jaarmiyaalee Mootummaa fi miti Qr 30-40 30-40 30-40 30-40  30-40  30-40
Mootummaa( kuntalan)
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
18.4 Industiriiwwan haala addaatiin ilaalamuu qaban (heavy “ 10,000-15,000 10,000-15,000 10,000-15,000 10,000-15,000  8,000-12,000 6,000-10,000
industries) balfaa guddaa madisisuun qulqul’inaa
magaalaa irratti dhibbaa fiddaan ( kan akka warshaalee
simintoo, warshaalee araqee fi alkoolii adda addaa,
warshaa gogaa f iwarshaalee bishaan samsanii kkf.

18.5 Industiriiwwan xixiqqaa ykn gidduugaleessaa ( light “ 5,000-8,000 5,000-8,000 5,000-8,000 5,000-8,000  4,000-6,000 3,000-5,000
industry) kan akka warshaalee agiroo( buskutii, daakuu
fi kkf)
19 Lafti kamiiniyyuu yoo kenname kaffaltiin tajaajilaa  1752
teekinikaa armaan gaditti ibsamaniif taarifni
taa’era.
19.1 Tajaajila mahaandisaa
19.1.1 Hanga 105m2(Yero tokko) Qr 100-150 100-150 80-120 80-120 60-100 50-80
19.1.1 106-200 m2 “ 120-160 120-160 100-120 100-120 80-100 70-90
19.1.2 -701 “ 150-200 150-200 120-150 120-150 100-120 80-100
19.1.3 -1501 “ 200-300 200-300 150-200 150-200 120-150 100-130
19.1.4 -6001 “ 300-500 300-500 200-250 200-250 150-200 120-150
19.1.5 - 50001fi isaa oli “ 400-600 400-600 250-300 250-300 200-250 150-200
19.2 Tajaajila kaartaa (kaartaan) “ 450-600 450-600 250-300 250-300 200-250 150-200
19.3 Tajaajila pilaanii (pilaanin) “ 500-1000 500-1000 300-400 300-400 250-300 200-250
20 Gurgurtaa Dookumentii Caalbaasii Adda Addaa 1754
20.1 Dookumentii caalbaasii ijaarsaalee adda addaa
20.1.1 Hanga 500,000 (Qr) Qr. 200-250 200-250 200-250 200-250 200-250 200-250
20.1.2 500,001 – 1,000,000 " 250-350 250-350 250-350 250-350 250-350 250-350
20.1.3 1,000,001 – 2,000,000 " 400-500 400-500 400-500 400-500 400-500 400-500
20.1.4 2,000,001 fi isaa ol " 500-600 500-600 500-600 500-600 500-600 500-600
20.2 Gurgurtaa dookumentii caalbaasii lafa liizii Qr.
20.2.1 Mana jireenyaaf “ 150-200 150-200 100-150 100-150 100-150 100-150
20.2.2 Mana daldalaaf (investimentii) “ 300-400 300-400 150-200 150-200 150-200 150-200
21 Kafaltii tajaajila daandii(Kottee) waggatti 1756
21.1 Biskileeta
21.1.1 Hojii dhuunfaaf kan itti fayyadamu Qr 40-50 30-50 30-40 25-35 20-30 20-30
21.1.2 Hojii daldalaaf kan itti fayyadamu “ 60-80 60-70 50-60 40-50 30-35 25-30
21.1.3 Tajaajila taargaa biskileetaf “ 50-70 50-60 40-50 30-40 25-30 20-25
21.2 Motor saayikilii (Waggatti)
21.2.1 Hojii dhuunfaa kan itti fayyadamu “ 100-120 90-110 80-100 70-90 60-80 50-70
Konkolaattota dhakaa, cirracha kkf. baatan (m 3 Qr 5-8 5-8 5-8 5-8 4-6 3-5
21.3 tokkoon) (Yeroo tokkotti)
21.4 Hojii daldalaaf kan itti fayyadamu “ 300-400 300-350 250-300 200-250 150-200 125-150
21.5 Konkolaattota dhuunfaa “
21.5.1 Kan nama sadii qabatu konkolaachisaa dabalatee “
21.6 Bajaajii ‘ 300-400 300-400 300-400 300-400 200-300 200-300
21.7 Taaksiiwwan (waggatti) Qr 400-500 400-500 400-500 400-500 300-400 250-300
21.7.1 Kan nama Shan qabatu konkolaachisaa dabalatee “ 500-600 500-600 500-600 500-600 400-500 300-400
(taaksii)
21.7.2 Kan nama afur qabatu konkolaachisaa dabalatee “ 400-500 400-500 400-500 400-500 300-400 200-300
21.7.3 Kan konkolaachisaa dabalatee nama 6-9 “ 600-700 600-700 600-700 600-700 500-600 400-500
21.7.4 konkolaachisaa dabalatee nama 10-13 “ 700-800 700-800 700-800 700-800 600-700 500-600
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
27.7.5 konkolaachisaa dabalatee nama 13 ol kan fe’u 800-900 800-900 800-900 800-900 700-800 600-700
21.8 Konkolaattota fe’umsaa gosa adda addaa
21.8.1 Konkolaattota dhakaa, cirracha kkf. baatan (m 3 Qr 5-8 5-8 5-8 5-8 4-6 3-5
tokkoon) (Yeroo tokkotti)
21.8.2 Konkolaattota biroo (lorries) kuntaalaan (yeroo fe’etti) Qr 5-8 5-8 5-8 5-8 4-6 3-5

21.9 Maashinaroota adda addaa (waggatti) Qr 0.75-1 0.75-1 0.75-1 0.75-1 0.50-0.75 0.4-0.60
21.9.1 Tiraaktera “
21.9.2 Gireedara “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.9.3 Doozara “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.9.4 Loodara “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.9.5 Eksikaavatara “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.9.6 Ruulloo “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.9.7 Kombaayinara “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.9.8 Maashinii xaafii fi boqqolloo calleessu “ 500-800 500-800 500-800 500-800 400-600 300-500
21.10 Konkolaataa dhuunfaa xurii dhangala’aa xuxuu Qr 15-20 15-20 15-20 15-20 12-15 12-15
(biyaajoon)
Konkolaataa Oomisha Albuudaa fe’e
21.11 Dhagaa gosa konkolaataa tiin ta’e;
21.11.1 Hanga meetiri iskeerii 4-8 tti fe’an(Biyaajoo) Qr 20-40 20-40 15-25 15-25 12-20 12-20
21.11.2 Meetiri iskeerii 9 -12 tti fe’an “ 30-50 30-50 20-30 20-30 18-25 18-25
21.11.3 Meetiri iskeerii 13fi isaa olitti fe’an “ 40-60 40-60 30-40 30-40 25-35 25-35
21.12 Cirracha
21.12.1 Hanga meetiri iskeerii 4-8 (Biyaajoo) Qr 25-45 25-40 20-30 20-30 18-25 18-25
21.12.2 Meetiri iskeerii 9 -12 “ 35-55 35-50 25-35 25-35 20-30 20-30
21.12.3 Meetiri iskeerii 13fi isaa oli “ 45-65 45-60 30-40 30-35 25-30 25-30
21.13 Biyyoo fi Suphee
21.13.1 Hanga m3 4-8(Biyaajoo) Qr. 10-20 10-15 7-10 7-10 5-8 5-8
21.13.2 Meetiri iskeerii 9 -12 “ 15-25 15-25 12-15 12-15 10-12 10-12
21.13.3 Meetiri iskeerii 13 fi isaa oli “ 20-30 20-30 15-20 15-20 12-15 12-15
22 KaffaltiiTajaajila Gaarii Gosa Adda addaa  1763
22.1 Gaarii harkaa (Kurrikurruu)(waggatti) Qr 40-60 30-60 20-50 20-40 15-30 15-30
22.2 Gaarii fardaa /gaangee/harree nama fe’u kan kotteef “ 300-400 300-350 200-250 150-200 100-150 80-100
22.3 Gaarii fardaa mi’a fe’u kotteef “ 350-450 250-350 200-250 200-250 150-200 100-150
22.4 Gaarii mi’aa (abbaa kotte duudaa lamaa fi isaa oliin “ 400-500 350-400 300-350 250-300 200-250 150-200
fe’amu)
22.5 Tajaajila kenna taargaaf(yerotokko) Qr 250-300 250-300 200-300 200-250 150-200 100-150
22.6 Naannessa maqaa “ 200-300 200-300 150-200 150-200 100-150 80-100
23 Kaffaltii Tajaajila Bakka Dhaabbii Konkolataa 1769 Daqiqaan
Guyyaa
Gosa Konkolataa
23.1 Kan Ummataa
23.1.1 Hanga Teessoo 12 ‘’ ‘’ 0.10-0.20 0.10-0.20 0.10-0.20 0.10-0.20 0.10-0.15 0.10-0.15
23.1.2 Teessoo 13-24 ‘’ ‘’ 0.20-0.30 0.20-0.30 0.20-0.30 0.20-0.30 0.20-0.30 0.20-0.30
23.1.3 Teessoo 25 fi ol ‘’ ‘’ 0.30-0.40 0.30-0.40 0.30-0.40 0.30-0.40 0.30-0.40 0.30-0.40
23.2 Konkolataa Fe'umsa Gogaa
23.2.1 Hanga kuntala 35 ‘’ ‘’ 0.40-0.50 0.40-0.50 0.40-0.50 0.40-0.50 0.40-0.50 0.40-0.50
23.2.2 Kuntaala 36-70 ‘’ ‘’ 0.50-0.60 0.50-0.60 0.50-0.60 0.50-0.60 0.50-0.60 0.50-0.60
23.2.3 Kuntaala 71 fi ol ‘’ ‘’ 0.60-0.70 0.60-0.70 0.60-0.70 0.60-0.70 0.60-0.70 0.60-0.70
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
23.3 Konkolaataa Fee'umsa dhangalaa'a
23.3.1 Hanga kuma 28 (Litiraan) ‘’ ‘’ 0.80-0.90 0.80-0.90 0.80-0.90 0.80-0.90 0.80-0.90 0.80-0.90
23.3.2 Litiraa kuma 28 ol ‘’ ‘’ 1.00-1.20 1.00-1.20 1.00-1.20 1.00-1.20 1.00-1.20 1.00-1.20
23.4 Konkolataa sochii addaa (machinaries)
23.4.1 Hanga Kg 5000 kan ulfatu ‘’ ‘’ 1.30-1.40 1.30-1.40 1.30-1.40 1.30-1.40 1.30-1.40 1.30-1.40
23.4.2 5001-10000 Kg kan ulfatu ‘’ ‘’ 1.40-1.50 1.40-1.50 1.40-1.50 1.40-1.50 1.40-1.50 1.40-1.50
23.4.3 KG 10001 fi isaa ol kan ulfaatu ‘’ ‘’ 1.60-1.80 1.60-1.80 1.60-1.80 1.60-1.80 1.60-1.80 1.60-1.80
23.5 Kaffaltii Tajaajila Dhaabbii Konkolaataa (Halkanii)
Gosa Konkolaataa
Kan Ummataa Hal/Tokkotti
23.5.1 Hanga Teessoo 12 ‘ ‘ 15-20 12-15 10-12 8-10 6-8 6-8
23.5.1 Teessoo 13-24 20-25 15-20 10-15 8-12 9-10 9-10
23.5.3 Teessoo 25 fi ol ‘ ‘ 25-30 20-25 15-20 10-15 8-12 8-12
Konkolataa Fe'umsa Gogaa ‘ ‘
23.5.4 Hanga kuntala 35 ‘ ‘ 30-40 25-35 20-30 15-20 13-15 13-15
23.5.5 Kuntaala 36-70 ‘ ‘ 40-45 35-40 30-35 25-30 20-25 20-25
23.5.6 Kuntaala 71 fi ol ‘ ‘ 30-40 25-35 20-30 15-20 13-18 13-18
Fee'umsa dhangalaa'a ‘ ‘
23.5.7 Hanga kuma 28 (Litiraan) ‘ ‘ 30-40 25-35 20-30 15-20 13-18 13-18
23.5.8 Litiraa kuma 28 ol ‘ ‘ 40-45 35-40 30-35 25-30 20-25 20-25
Konkolataa sochii addaa (machinaries) ‘ ‘
23.5.9 Hanga Kg 5000 kan ulfatu ‘ ‘ 50-55 45-50 40-45 35-40 30-35 30-35
23.5.10 5001-10000 Kg kan ulfatu ‘ ‘ 55-60 50-55 45-50 40-45 35-40 35-40
23.5.11 KG 10001 fi isaa ol kan ulfaatu ‘ ‘ 60-65 55-60 50-55 45-50 40-45 40-45
24 Dabarsa Ragaa Abbaa Qabeenyummaa (jijjiirraa  1772 %
Maqaa)
24.1 Gurgurtaadhaan ‘
24.1.2 Mana jireenyaa (gatii gurgurtaa irraa) ‘ % 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3
24.1.3 Mana daldalaa (gatii gurgurtaa irraa) ‘ ” 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3
24.1.4 Maqaa Gaarii(gatii gurgurtaa irraa) ‘ % 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3
24.1.5 Gurgurtaa(Gatii Liizii) ‘ (%) 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3
Mirga itti fayyadama lafa Liizii ‘
24.2 Kennaadhaan ( tilmaama gatmanichaan) ‘
24.2.1 Mana jireenyaa ‘ % 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3
24.2.2 Mana daldalaa ‘ % 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3 2-3
24.3 Dhaaltummaa ( tilmaama gatii manichaan) ‘ %
24.3.1 Mana jireenyaa ‘ % 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2
24.3.2 Mana daldalaa ‘ % 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2
24.4 Abbaa warraa ykn haadha warraa irraa gara tokkootti ‘ % 0.5-1 0.5-1 0.5-1 0.5-1 0.5-1 0.5-1
yoo darbe.
24.5 Kaffaltii galmee tajaajila manaa jijjiiruu ( fkn mana ‘ Qr. 100-150 100-150 70-100 70-100 60-80 60-80
dhuunfaa gara mana daldalaa tti jijjiiruu kkf)
25 Tajaajila Haaromsa Manneenii fi pilaanii 1774
25.1 Eeyyama Haaromsa manaa (Maintanance) gatii ijaarsa %
dabalataa irraa dhibbeentaan kaffala.
25.1.1 Mana jireenyaa %
25.1.2 Mana daldalaa %
Dambii Gamoo naannoo Oromiyaatiin 156/2005 bulchuuf baheen kan raawwatamu ta’a
25.2 Haaromsa eeyyama ijaarsaa waggaa tokko booda %
gaafataniif
Dambii Gamoo naannoo Oromiyaatiin 156/2005 bulchuuf baheen kan raawwatamu ta’a
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
25.3 Haaromsa kaartaa fi pilaanii durii Kaartaan
25.4 Eyyemaa Itti Faayadama Gamoo
 26 Kaffaltii Kenna Tajaajila Adda Addaaf 1775
Xalayaalee deggersaa barreeffamuuf
26.1 Dhorkaa liqii Baankii irraa dhufu galmeessuu Qarshii Qr.
muramaa
26.1.1 Hanga Qr. 100,000 tti " 500-600 500-600 500-600 500-600 500-600 500-600
26.1.2 100,001-800,000 tti " 1000-1500 1000-1500 1000-1500 1000-1500 1000-1500 1000-1500
26.1.3 800,001-3,000,000 tti " 1500-2000 1500-2000 1500-2000 1500-2000 1500-2000 1500-2000
26.1.4 3,000,001-10,000,000tti " 2000-3000 2000-3000 2000-3000 2000-3000 2000-3000 2000-3000
26.1.5 10,000,001-20,000,00 tti " 3000-4000 3000-4000 3000-4000 3000-4000 3000-4000 3000-4000
26.1.6 20,000,001 olitti " 6000-8000 6000-8000 6000-8000 6000-8000 6000-8000 6000-8000
26.2 Dhorkaa mana murtii qabsiisuu fi kaasuu " 300-400 200-300 150-200 120-150 100-130 80-100
26.3 Tilmaama qabeenyaa ajaja Baankii, mana murtii fi kkf " 600-700 500-600 400-500 300-400 200-300 100-200
tiin taasiifamu
26.4 Xalayaa deeggersaa w/ra Bishaan Dhugaatii, Teelee, Xalayaadhan(Qr 100-200 100-200 75-150 75-150 60-100 50-80
ibsaa kkf barreessuu )
26.5 Tajaajila ragaa footo koppiin faayila keessaa Fuulaan(Qr
fudhachuuf
26.5.1 Pilaanii (Blue print) " 100-200 100-200 50-100 50-100 40-80 30-70
26.5.2 Ragaa abbaa qabeenyummaa (kaartaa fi pilaanii) " 50-100 50-100 25-50 25-50 20-40 20-40
26.5.3 Nagahee " 30-50 30-50 15-25 15-25 12-20 10-15
26.6 Ragaa /Qabeenyaa bade bakka buusuu
26.6.1 Xalayaa qaama adda addaaf barreessuu(fkn kallacha Fuulan Qr 50-80 50-80 30-50 30-50 20-40 15-30
oromiyaatti fi kkf barreessuu)
26.6.2 Kaartaa bakka buusuu/oriijinaala “ 450-600 450-600 250-300 250-300 200-250 150-200
26.6.3 Pilaanii bakka buusuu “ 500-1000 500-1000 300-400 300-400 250-300 200-250
26.7 Dunkaana karaa irra dhaabuu " 100-200 100-200 50-100 50-100 40-80 30-60
27 Tajaajila Qeeraa/qalmaa fi Geejjibaa (Tokkotti) 1777
27.1 Horii Maalaatiif
27.1.1 Sangaa fi Sa’a (Horii Gaafaa) tokkotti Qr 400-500 350-400 300-350 250-300 200-250 150-200
27.1.2 Ariifachiisaa " 600-700 500-600 450-500 400-450 300-400 200-300
27.2 Hoolaa fi Re’eef " 50-70 45-60 40-50 35-45 30-40 20-30
27.2.1 Ariifachiisaa fi cidhaaf " 55-75 55-65 45-55 40-50 35-45 25-35
27.3 Booyyee " 45-55 40-50 35-40 30-35 25-30 20-25
27.4 Gaala " 300-350 250-300 200-250 150-200 120-150 100-120
27.5 Kal’ee sangaa fi Sa’aa " 3-5 3-5 1-2 1-2 1-2 1-2
27.6 Kal’ee hoolaa fi Re’ee " 1-2 1-2 0.50-1.00 0.50-1.00 0.50-1.00 0.50-1.00
28 Qaraxa Gabaa Omishaalee Qonnaa  1778
28.1 Midhaan daakuu dabalatee Guyyatti Kuntaala 1-3 1-3 0.50-1.50 0.50-1.50 0.50-1.50 0.50-1.50
28.2 Midhaan zayitaa 8-10 6-8 5-7 4-6 3-5 3-5
28.3 Dhadhaa, damma kkf Kg
28.3.1 Dhadhaa fi Damma “ 0.5-1 0.5-1.00 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50
28.3.2 Aannan Litiraan 0.5-1 0.5-1 0.25-0.5 0.25-0.5 0.25-0.5 0.25-0.5
28.4 Kuduraalee Kuntaalaa
28.4.1 Qullubbii adii " 12-15 10-13 8-12 7-10 6-8 6-8
28.4.2 Qullubbii diimaa " 10-12 8-10 7-9 6-8 5-6 4-5
28.4.3 Mosee “ 2-3 2-3 1-2 1-2 1-2 1-2
28.4.4 Hundee Diimaa “ 2-3 2-3 1-2 1-2 1-2 1-2
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
28.5 Muduraalee adda addaa kuntaalaa
28.5.1 Burtukaana " 6-10 5-8 4-6 3-5 3-4 2-3
28.5.2 Muuzii " 150-200 120-150 100-120 80-100 70-90 60-80
28.5.3 Avokaadoo " 6-8 5-7 4-5 3-4 2-3 1-2
28.5.4 Timaatima " 4-6 3-5 2-4 2-3 1-2 1-2
28.5.5 Maangoo kuntaala 6-8 5-7 4-5 3-4 2-3 1-2
28.5.6 Paappayaa " 6-8 5-7 4-5 3-4 2-3 1-2
28.5.7 Anaanaasii " 150-200 120-150 100-120 80-100 70-90 60-80
28.6 Mixaaxisa/mi’eessituu
28.6.1 Barbaree Farasullaa 15-20 13-18 12-15 10-12 8-10 6-7
28.6.2 Abasuuda adii fi gurraacha kuntaalaa 15-20 13-18 12-15 10-12 8-10 6-7
28.6.3 Koroorimaa " 15-20 13-18 44180 44116 44053 43989
28.6.4 Zinjibila “ 15-20 13-18 12-15 10-12 8-10 6-7
28.6.5 Ixaana " 4-6 4-6 3-5 2-4 2-3 2-3
28.7 Midhaan baala adda addaa
28.7.1 Jimaa Kg. 10-15 10-15 8-12 8-12 6-10 5-7
28.7.2 Shankoora (Muka) Ayisuzii 40-50 40-50 30-40 30-40 25-35 20-30
28.7.3 Geeshoo Kuntaalaa 43927 43927 43895 43865 43864 43864
28.7.4 Raafuu Kuntaalaa 43832 43832 1-1.50 1-1.50 1-1.50 1-1.50
28.7.5 Raafuu maraa “ 43832 43832 1-1.50 1-1.50 1-1.50 1-1.50
28.7.6 Asheeta boqqolloo Kuntaalaa 43832 43832 43832 43832 43832 43832
28.8 Oomisha bu’aalee bosona adda addaa (Konkolaataan
yoo ta’e m3’ tokkoon shallagamee kaffalama.)

28.8.1 Cilee Kuntaala 3-5 3-5 2-3 2-3 2-3 2-3


28.8.2 Qoraan Konkolaa(m3’n) 5-8 5-8 4-6 4-6 4-6 4-6
28.8.3 Axanaa “ 8-12 8-12 5-8 5-8 5-8 5-8
28.8.4 Xaawulaa “ 30-40 30-40 25-30 25-30 20-25 15-20
28.8.5 Muka gudeelcha “ 5-8 5-8 4-6 4-6 3-5 2-4
28.8.6 Mooraalee fi Shaarellaa “ 12-16 10-14 8-10 6-7 5-6 4-5
28.8.7 Komporsaatoo (chip wood) “ 12-16 10-14 8-10 6-7 5-6 4-5
28.8.8 Minjaala Lakk 6-10 6-8 4-6 3-5 2-4 2-3
28.8.9 Siree “ 10-15 10-15 7-12 7-10 6-8 5-7
28.8.10 Barcuma “ 5-8 5-6 3-5 3-4 2-3 2-3
28.8.11 Teessoo siinii “ 5-8 5-6 3-5 3-4 2-3 2-3
28.8.12 Sheelfii “ 15-20 15-18 10-15 10-12 8-10 6-7
28.8.13 Biiffee “ 30-45 30-45 25-30 25-30 20-25 15-20
28.8.14 Komadiinoo “ 5-8 5-8 3-5 3-5 3-4 2-3
28.8.15 Saanduqa uccuu(qum-saaxinii) “ 30-50 25-30 15-20 15-20 12-18 11-15
28.8.16 Ulee Shimalaa “ 0.50-1.00 0.50-1.00 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50
28.8.17 Kooraa Fardaa “ 2-5 2-5 1-3 1-3 1-2 1-2
28.9 Oomisha Bunaa(kuntaalaa)
28.9.1 Janfala " 12-15 10-12 8-10 6-8 5-7 3-5
28.9.2 Qishira " 20-25 18-20 15-17 12-15 10-12 8-10
28.9.3 Qola bunaa " 4-5 3-4 2-3 2-3 1-2 1-2
28.9.4 Buna caccabaa " 6-8 6-7 5-6 4-5 3-4 2-3
28.10 Fe’uu fi buusuu huccuu qophaa’aa 45-55 40-45 35-40 30-35 25-30 20-25
28.10.1 Fe'uu fi buusuu huccuu fooddee guddaa Fooddee 35-40 30-35 25-30 20-25 18-20 10-15
28.10.2 Fe'uu fi buusuu huccuu fooddee giddu galeessaa " 35-40 30-35 25-30 20-25 18-20 10-15
T.L Gosa Tajaajilaa Gulantaa Taarifa Haaraa sadarkaa Magaalotaatiin
Galii(Code) Safartuu
B/M/Muummee B/M/ Olaanaa B/M/G/Galeessaa B/M/Guddaattuu M/Qopheessaa M/Q/ Guddattuu
28.11 Oomisha warshaa adda addaa gatii bittaa irratti % 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2
28.12 Oomisha warshaalee keessaa kan addatti ilaalamuun
taarifni muramaan irratti gatame
28.12.1 Zayita (Liitira) Qr. 0.10-0.15 0.10-0.15 0.05-0.10 0.05-0.10 0.05-0.10 0.05-0.10
28.12.2 Shukkaara(kuntaal) Qr. 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2 1-2
28.13 Oomishaalee dhugaatii adda addaa
28.13.1 Araqee(litiraan) Qr. 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50 0.25-0.50
28.13.2 Biiraa(Sanduuqaan) " 6-12 6-12 6-12 6-12 6-12 6-12
28.13.3 Lallaafaa(sanduuqaan) " 3-6 3-6 3-6 3-6 3-6 3-6
29 Kaffaltii Tajaajila Beeksisa Adda Addaa  1782
29.1 Lafa Mootummaa irratti yoo ta`e.
29.1.1 Fuula tokkoof qofa (waggaatti) Qr 250-300 250-300 150-200 100-150 80-120 70-100
29.1.2 Fuula lamaanittuu “ 300-400 300-350 200-250 150-200 120-150 100-120
29.2 M/qopheessaa gabatee beeksisaa yoo qopheesse
(waggaatti)
29.2.1 Baaqqee dhaan “ 300-500 300-400 200-300 150-200 120-150 100-130
29.2.2 Dachaa dhaan “ 400-600 400-500 250-300 200-250 150-200 100-150
29.3 Beeksisa adda addaa yeroo gabaabaaf turan kaaree Qr
dhaan m2(magaalaa keessatti fannifaman) Ji’aan

29.3.1 Sad.1ffaa “ 25-30 20-25 15-20 10-15 8-10 8-10


29.3.2 Sad.2ffaa “ 15-20 15-20 5-10 5-10 5-10 5-10
29.3.3 Sad.3ffaa “ 10-15 10-15 5-8 5-8 3-5 3-5
29.4 Beeksisa adda addaa lafa qabiyyee ofii keessatti Qr
dhaabuu (M2 dhaan) Waggaan
29.4.1 Baaqqee dhaan “ 150-200 100-150 80-100 70-80 60-70 50-60
29.4.2 Dachaa dhaan “ 200-250 150-200 120-150 100-130 80-100 70-8
29.5 Beeksisa adda addaa gamoo dhuunfaa irratti maxxansuu
fi barreessuu(Waggaatti)
29.5.1 Dallaa “ 50-100 50-100 25-50 25-50 20-40 20-40
29.5.2 Gamoo Dhuunfaa “ 100-200 100-100 50-100 50-100 40-80 30-60
29.6 Paampileetiiwwan beeksisaa magaalaa keessa facaasuu Qr 25-50 25-50 15-20 10-15 8-10 8-10
fi bittinneessuuf guyyaatti(Dasxaa)
29.7 Konkoolaataa irratti beeksisa adda addaa barreessuu

29.7.1 Yoo dhaabatummaan ta`e(waggaatti) “ 350-400 350-375 250-300 200-250 150-200 100-150
29.7.2 Yeroo dhaaf yoo maxxanse(guyyaatti) “ 5-10 5-7 3-5 3-5 2-3 2-3
29.8 Beeksisa meeshaalee elektroniksiin lallabuu(guyyaatti) Qr 300-500 300-400 200-300 150-200 100-150 80-120

29.9 Gurgurtaa maxxansa adda addaa(Lakk)


29.9.1 Gaazexaa Qr 0.1 0.1 0.1 0.1 0.1 0.1
29.9.2 Barruulee “ 0.25 0.25 0.25 0.25 0.25 0.25
29.10 Beeksisa ‘plasma’ dhaan daandii irratti “ 100-120 100-200 100-120 100-120 100-120 100-120
darbu(Daqiiqaa

You might also like