You are on page 1of 14

OFUUMEESUU (AUTOMATION)

Karoora ,Raawwii(Gabaasa) fi
Madaallii Hojataa Dhunfaa
Uunkaa 2 , 4 fi 5
ffaa ffaa ffaa
Uunkaalee karooraa fi gabaasa ittii fayadamaa jiruu :-
 Uunkaa 1ffaa (Karoora Wagaa Adeemsa/Garee)
 Uunkaa 2ffaa (Karoora Wagaa Kan Hojataa Dhuunfaa)
 Uunkaa 3ffaa (Karoora Ji’aa Kan Waajiraa/Adeemsaa/Garee)
 Uunkaa 4ffaa (Karoora Ji’aa Hoojataa Dhuunfaa)
 Uunkaa 5ffaa (Karoora Toorbanii Hoojataa Kan dhuunfaa)
Haanqinoota Duraan Turan
• Karoora Haala Barbaadamuun Baasuu Dhabuu
• Karoorii Bahuus Haala Safaramaa Taheen
Bahuu dhabuun
• Karoora Bahee Ji’aa fi torbaniin Cacabsuun
Hoojataaf Bifa safaramuu danda’un
Dhiheesuu Dhabuu.
• Uunkaalee Karooraa fi Gabaasaa Jiran
Fayadamuu Dhabuu.(uunkaalee shanan)
• Gabaasa Sirii tahee Karoora Irraa kan maddee
Qophesuu Dhabuun.
• Gabaasa Bifa Lakkaawamuu danda’uun kaa’amuu
dhabuun.
• Hojiilee hoojataan hoojatuu Dursaan Gareen Haalii
ittiin hoordofuu fi madaaluu danda’u rakisaa tahuu.
• Dursaan garee Duubdeebii Hoojataaf keenuu
Dhabuun.
• Hojataan Istaandaardii hojii hin bekuu waan taheef
Keeninsa Tajaajilaa Irrattii rakkoon baayeen umamaa
jiraachuu.
Faayidaa Moosaajichaa
• Karoorii Bifa safaramaa taheen Ulfaatinaa fi
istaandaardii waliin akka taa’uu dirqisisaa.
• Karoorii Bahuu Haala safaramaa tahee fi namnii
kamiyuu huubachuu danda’uun tahee akka
qoophaa’uu taasisaa.
• Uunkaalee Gabaasaa fi Karoora Jiran Siriitii akka
fayadamnuu nuu taasisaa.
• Gabaasnii Sirii tahee kan karoora irraa Maddee fi
karooraan kan wal duubisuu akka tahuu nuu
taasisaa
• Gabaasa ifaa fi lakaawamuu danda’uu
argachuuf nuu fayyadaa.
• Duursaaleen garee Hoojataa Isaanitiif
Duubdeebii keenuu dhabuun haanqinoota
muulachaa jiran ni hikkaa.
• Madaalii Hojataa hoojachuuf rakkoolee
garaagaraa kanaan dura turan ni hikaa.
• Hojataan istaandaardi hojii isaa ni beeka
waan taheef Keninsa Tajaajilaa sirii fi si’ataa
tahee ni keenaa.
Mosaajii kana Fayyadamuu kenyaan dura
wantoota Guutamuu qaban
 Hojiileen Akka Adeemsaattii ykn gareettii jiran gara
hoojiilee xixiqoottii caccabanii Hoojataaf Qodamanii
qophaa’uun barbaachisaa dha.
 Istaandaardiin Keeninsa Tajaajila Isa Xiqaa Haala Kenuu
dandenyuun Xixiqaa Huundaaf Caccabuun Qophaa’uun
barbaachisaa dha.
 Hojataan Garee ykn adeemsa tokkoo Jallattii argamuu
huundinuu Istaandaardii Qophaa’ee kana amantaan
fudhatee Duursaa garee waliin malateesee fudhachuu
qaba (Waligaltee Sadarakaa Raawwii fi Karoora
Toorbaanii).
Moosaajiin Kun maal faa Hojataa?

1. Hojataan Gahee Hoji isaa akka beekuu fi gahee isaa irrattii akka
xiyeefatuu ni taasisaa
2. WSR(waligaltee sadarkaa Raawwii) akka ademsaatii akka
qophaa’uu ni taasisaa
3. Karoora Hojataa Kan Waggaa Kan hojataa haanga Guyyaattii
akka cacabuu fi qophaa’uu taasisaa
4. Hojataa Raawwii Isaa irrattii Dhaabachuun Torbanin akka
madaalamuu ni taasisaa
5. Madallii hojataa irrattii dhaabachuun Sadarkaa Hojataa
Torbanii ni kaa’aa
6. 6. Dhumma Torban 4ffaa irrattii cuunfaa hojataa Ji’aa ni ka’aa.
7. Bu’aa Hojataan Ji’aa kana kessattii galmesee maal
akka ta’ee ni arganaa
8. Gabaasa hojataa torbanii fi guyyaa guyyaa ni arganaa
9. Gabaasa hojataa torbanii Giraafiin ni arganaa
10. Madaallii hojataa Torbanii ni arganaa
11. Cuunfaa madaallii Hojataa kan ji’aa ni arganaa.
12. Cuunfaa madaallii Ji’a jahaa kan hojataa ni arganaa
13. Waraqaa Ragaa Madaallii hojataa marsaa 1ffaa fi
2ffaa hojataaf ni keenaa
Rakkoole Gurgudoo Moosaajin kun hikuu
maal faa dha?
• Hojataan Mootuumaa Gahee Hojii Isaa akka beekuu ni taasisaa
• Gahee hojii isaanii irrattii dhaabachuun karooraan akka hoganaman ni taasisaa
• Hojataan Istaandaardii hojii isaanii akka beekan ni taasisaa kun immoo keeninsa Tajaajila
Fooyeesuu kessattii gahee guddaa kan qabuu dha.
• Madaallii Hojataa sirii tahee fi qabatamaa tahee argachuu dandenyaa.
• Hojataa hojii kessattii Madaaluu fi hojataa hojatuu fi hin hojanee torbanin addaan
baasaa waan deemuuf dandeetii hojataa ijaaruu kessattii gahee gudaa qabaa.
• Karoorii walittii hidhaminsa isaa akka eegatuu ni taasisaa.
• Hoojilee harcaa’anii haafan addaan baasuuf gargaaraa.
• Hojataa gara hojittii akka senu ni taasisaa
• Bu’uraaleen TQO Waajiroota Kessattii akka babal’atuu ni taasisaa
Yeeroo Ittii Fayyadama Moosaajii Kana
Kessatti Wantoonii Raawatamuu hin qabnee
• Bareefama moosaajii kana kessattii bareefamee kamuu yeroo
haaquu barbaanuu CUT ykn DELETE fayadamuu hin qabnuu. Kan
fayyadamuu qabuu “clear content” kan jadhuu qoofaa
• Karoora Ji’aa fi Toorbanii yeeroo karoorfanuu keessatii Iddoo
safartuu jadhuu jallatii gosa safartu fayadamuu barbaanuu filachuuf
lakkoofsa 1(tokkoo) qoofa fayyadamanaa.Kana jachuun lakkoofsa
tokkoon ala lakofsa kamuu hin gutamuu gosa safartuu fayyadamuu
hin barbaanee ammoo duwaa dhifnaa.
• Yeeroo fayadamnuu kessatii bareefama eerga bareesinee booda
SAVE osoo hin godhin bahuun.
• Yeroo profaayilin hojataa gutamuu gahee hojataa biraa gutuun .
Yeeroo itti faydama Moosaaji kana kessattii
dogongorota nu mudachuu danda’aanifi akkataa
sireesuun danda’aamuu
Row delete gochuu:- Karoora Ji’aa fi torbanii irrattii CELLin martuu
formulaan walittii hidhamee jira waan taheef CELL tokkoo delete yk cut
gonee jachuu sheetii kaaniif referensi dhabsifnee jachuu dha.Kanaafuu
bareefama kamuu dhamsuuf clear content kan jadhuu fayadamuu. #REF
kan jadhuu yoo mudatee referensin isaa dhaamee jira waan taheef
sireefachuun barbaachisaa dha.
Safartuu jallatii istaandaardii Gutuun:- Iddoo gosa
safartuu filachuuf nu kenamee kessattii istaandaardii
hojichaa gutuun.
Gosa safartuu iddoo jadhuu jalattii wantii gutamuu
lakkoofsa 1 qoofaa istaandaardiin hojii idoo istaandaadrii
hojichaaf kaayamee kan jahu jalatii gutamaa
Lakkoofsa Iccitii irraanfachuun : Lakoofsa Icciitii hin
iraanfatamnee fayyadamuun
Gara Moosaajichaa Haa Dabaruu

You might also like