You are on page 1of 27

Gabaasa Kurmaana 1ffaa

Waajjira Mana Qopheessaa Bulchiinsa


Magaalaa Duukamitti
Adeemsa Hojii Bu’uura Misoomaa Qophii
DizaayiniifiFooyya’iinsa Sirna Faayinaansii
Bara, 2015

Fulbaana , 2015
Duukam, Oromiyaa
Itoophiyaa

1
Table of Contents

1 Seensa...............................................................................................................................................2
2 Haala Waliigalaa (Kallattii Raawwii Karoorichaa)................................................................4
2.1 Dameewwan Gabaasichi Uwwisu:.....................................................................................................5
2.2 Rakkoowwan gurguddoo karooraa keessatti dhabamsiifamuuf/salphifamuuf
Qabaman/ karoorfaman/..................................................................................................................................5
2.3 Rakkoolee Bu’uuraalee misoomaa kanneen akka;-.....................................................................5

3 Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aalee Toora Xiyyeeffannoo.........................................................6


3.1 Toora Xiyyeeffannoo...............................................................................................................................6

1. Toora Xiyyeeffannoo 2ffaa: Misooma Magaalaa Hammayyaa’aa........................................6


2. Toora Xiyyeeffannoo 3ffaa: Gahumsa Odeeffannoo Gabaa Hojii fi Humna Misoomaa
6
3.2 Bu’aawwan Toora Xiyyeeffannoo........................................................................................................6

4 Raawwii Hojiwwaan Gurguddoo kurmaanaa 1ffaa Bara 2015 Adeemsichaa.............7


4.1 Boqonnaa Qophii Karooraa Keessatti Hojiiwwan Raawwatamaaa jiran keessaa..............7
4.2 Raawwii Hojii Pirojektoota Buleeyyii..........................................................................................................8

4.2.1 Pirojektoota Buleeyyii Raawwiin-------------------------------------------------------(20).................8


4.3 Raawwii Hojii Pirojektoota Haaraa...............................................................................................................9
4.3.1. Pirojektoota Bara Kana Qophiin Dizaayni fi Ispeesifikeeshaniin Isaani
Xumuraman----------------------------------------------------------14.........................................................9
1. Ijaarsa Elektromecaanikaala qeeraa hojjeechuu..........................................................................9
4.3.1.1. Pirojektoota Hojiin Isaanii Caalbaasii Malee Hojjetamaa Jiran...................................................................10

7. Ciminaa fi Hanqina.....................................................................................................................11
a. Cimina.......................................................................................................................................................11
b. Hanqina....................................................................................................................................................11

8. Rakkoolee gurguddoo hojii keessatti Mudatanii fi furmaata kennamee.....................12


a. Rakkoo......................................................................................................................................................12
b. Kallattii furmaataa................................................................................................................................12
c. Dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadan:.............................................................................12

2
1 Seensa

Mana qopheessaa Bulchiinsi Magaalaa Duukam tajaajilli gurguddaan bu’uurri


misoomaa kennu keessaa daandii keessaa keessaa diriirsuu, suphaawwan
addaa addaa gaggeessuu, ijaarsa yaa’a lolaa ykn diichii, tajaajila ibsaa,
tajaajila bishaan dhugaatii, daandii kobilistoonii, Sheediiwwan IMX
garaagaraa, suuqiiwwan IMX fi kkf bajata mana Qopheesasa fi hirmaannaa
uummataatiin hojjechuun fedhii fi gaaffii uummataa sadarkaa sadarkaan
akkaataa duraa duubummaa isaatti karoorsuun deebisaa turee jira.

Bara bajataa 2015 kana keessattis dhimmoota armaan olitti tuqaman bajata
mootummaa fi hirmaannaa uummataatiin daran cimanii akka hojjetaman
ta’ee, keessumaayyuu akka adeemsa kanaatti dhimmi suphaa daandiiwwanii,
diichii, kobilistoonii, ibsaa, kaalvartiiwwan addaa addaa Bara kana keessatti
xiyyeeffannaan guddaan itti kennamee kan hojjetamu ta’a. Haaluma kanaan
gabaasni hojii Waajjira Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalaa Duukamitti
Gabaasa kurmaanaa 1ffaa Kan Bara 2015 Adeemsa hojii Bu’uura Misoomaa
Qophii Dizaayinii fi Fooyya’iinsa Sirna Faayinaansii akka armaan gadiitiin
dhiyaatee jira.

3
2 Haala Waliigalaa (Kallattii Raawwii Karoorichaa)

Raayyaa jijjiirama siiviil sarviisii haala itti fufiinsa qabuun bu’aa qabeessa
karaa ta’een hojiisaa guyyaa guyyaa sirnaan akka raawwatu deggeruun
hojjachuu;
Humna dandeettii raawwachiisummaa leenjiin cimsaa deemuun hubannoo
guutuu qabaatee akka raawwatu gochuun,
Ilaalcha fi gocha kiraa sassaabdummaa hoggansaa, raawwataa fi hawwaasa
biratti mul’achaa ture irratti qabsoo gitaan dadhabsiisaa deemuun ilaalcha
misoomawaan bakka buusuun, uummanni faayidaa misooma sadarkaa
sadarkaan irraa fayyadamaa karaa ta’een hojjechuun;
Muuxannoowwan gaggaarii jiran fudhachuun hojiirraa oolchuu fi kan akka
mana hojii keenyatti argaman immoo qindeessuun babaldhisuu;
Sochii uummataa balaa magaalaa uumuun hawaasa hojiiwwan eggumsaa fi
kunuunsa qabeenya uumamaa hojjechuu balaa uumamaa magaalotaa
irraa salphissuu
Magaalaa keenya keessatti misooma ariifachiisaa mirkaneessuuf bu’uurri
misoomaa haala bu’aa qabeessa ta’een, qindomina Mootummaa, Abbootii
Qabeenyaa fi Uummataan akka babal’atu gochuu fi qulqullina isaa
mirkaneessuu;
Gama dhiyeessiin hoggansi ga’ee adda durummaa isaa guutuu ta’e bahuun
harcaatii tokko malee gaggeessuu;
Sirna hojimaata iftoomina bulchiinsa gaarii mirkaneessuu fi itti
gaafatamummaa, akkasumas miira abbumma dagaagsuun hojjechuu;
Sirna hordoffii fi deggersaa sadarkaa sadarkaan jiru cimsuun itti fufinsa
karaa qabuun gaggeessuun bu’aa olaanaa galma’uu isaa mirkaneeffachaa fi
hanqinaalee mul’atan sirreessaa deemuun duubdeebii yeroo isaa eeggate
kennuu

4
2.1 Dameewwan Gabaasichi Uwwisu:

Hojiiwwan garee, hojii ijaarsa bu’uura misoomaa, Garee hojii karoora


pirojektii fi bulchiinsa bu’uura misoomaa magaalaa fi garee hojii
hirmaannaa uummataa Kan of keessatti qabatu ta’ee, raawwii hojii
kurmaana 1ffaa Bara 2015 Kan of keessatti qabatuu dha.

2.2 Rakkoowwan gurguddoo karooraa keessatti


dhabamsiifamuuf/salphifamuuf Qabaman/ karoorfaman/

2.3 Rakkoolee Bu’uuraalee misoomaa kanneen akka;-

- Daandii Asfaaltii
- Qulqullina Projektiiwwanii
- Yeroo ka’ame keessatti xumuramuu dhabuu projektootaa
- Bo’oo lolaa (Diichii),
- Daandii cirreechaa keessaa, keessaa
- Suphaa daandii
- Kaalvartiiwwan addaa addaa
- Ibsaa keessan keessan
- Bishaan dhugaatii fi kkf hojiin hanga yoonaa hojjetame fooyyee kan
qabu yoo ta’es ammas fedhiin hawaasaa guddaa waan ta’eef hojii
bal’aa kan gaafatuu dha.
- Rakkoon ilaalchaa, dandeettii fi dhiyeessii bifa barbaadameen
dhabamsiifamuu dhabuu

5
3 Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aalee Toora Xiyyeeffannoo

3.1 Toora Xiyyeeffannoo

1. Toora Xiyyeeffannoo 2ffaa: Misooma Magaalaa Hammayyaa’aa


2. Toora Xiyyeeffannoo 3ffaa: Gahumsa Odeeffannoo Gabaa Hojii fi Humna
Misoomaa

3.2 Bu’aawwan Toora Xiyyeeffannoo

1. Magaalaa Bulchiinsi Gaariin keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyaaf


mijaawaa taate;
2. Humna namaa gahumsaan horatamee, dinagdee dabale;

6
4 Raawwii Hojiwwaan Gurguddoo kurmaanaa 1ffaa Bara 2015
Adeemsichaa

4.1 Boqonnaa Qophii Karooraa Keessatti Hojiiwwan Raawwatamaaa jiran


keessaa

Qophii Karooraa Pirojektii UIF (CIP, AMP fi REP 2015-2017)

- Sakatta’iinsi fedhii Uummataa bu’uuraalee Misoomaa irratti Gandoota


arfan magaalaa keenyaa keessatti Adeemsifamee jira.
- Kunis galtee qophii karooraa waajjira Bara 2015’f bu’uura ta’ee jira.
- Karoorri Adeemsichaa Kan Bara 2015 qophaa’ee mana mare
magaalaatiin mirkanaa’ee jira
- Dookmentiin Sagantaa UIF (urban incentive fund): AMP, CIP fi REP
‘bara sadii 2015, 2016 fi 2017 erga qophaa’ee booda qaama dhimmi
mana mare magaalatiin mirkanaa’ee naannoof ergamee jira.

Ragaa Baajata CIP (capital investment plan) bara 2015-20167

Lakk Bara Baajataa Baajata CIP (capital investment plan)


375,976,690.21 Mana Qophe 199,558,159
1 Bara Baajataa 2015 Idlee 142,073,771
Oromia (UIF) 20,418,086.00
Hirmaannaa 13,000,000.00
UIF Bule 926,674.21
Idaa’ama 375,976,690.21
450,060,019.20
2 Bara Baajataa 2016
540,072,023.04
3 Bara Baajataa 2017

7
4.2 Raawwii Hojii Pirojektoota Buleeyyii

4.2.1 Pirojektoota Buleeyyii Raawwiin-------------------------------------------------------(20)

Pirojektoota Mootummaa fi HU Buleeyyii xumuraman-------------------(2)

Pirojektoota Baajata Mana Qopheessaa


1. G+4 xumursiisuu kurmaanaa kana keessa % 0.5 xumursiisuuf karoorfamee hojiin
waliigalaa % 100 raawwatamee jira.

Pirojektoota Baajata Idlee


2. Diizaayinii Galma Aadaa xumursiisuuf kurmaana kana keessa % 5 hojjechuuf
karoorfamee % 5 raawwachuun hojiin waliigalaa %100 xumuramee jira.

Pirojektoota Buleeyyii Hojiirraa JIran.


1. Ijaarsa city parki magaalaa kurmaana kana keessaa % 2 hojjeechuuf karoorfamee % 1.5
raawwachuun hojiin waliigalaa %76.5 irra gahee jira.
2. Ijaarsi mana kitaabaa Uumataa kurmaana kana keessaa %15 hojjeechuuf karoorfame % 10
raawwachuun hojiin waliigalaa % 85 irra gahee jira.
3. Ijaarsi Tribun staadiyamii kurmaana kana keessaa %10 raawwachuuf karoorfamee % 6
raawwachuun hojiin waliigalaa 91 irra gahee jira.
4. Ijaarsi Sheedii IMX G+6 kurmaana kana keessaa %15 raawwachuuf karoorfamee % 12
raawwachuun hojiin waliigalaa % 47 irra gahee jira.
5. Ijaarsi hojii soolaarii kurmaana kana keessaa % 10 raawwachuuf karoorfame % 2
raawwaachuun hojiin waliigalaa % 90 irra gahee jira.

8
4.3 Raawwii Hojii Pirojektoota Haaraa

4.3.1. Pirojektoota Bara Kana Qophiin Dizaayni fi Ispeesifikeeshaniin


Isaani Xumuraman----------------------------------------------------------14

Pirojektonnii diizaayinii fi ispeesifikeeshinii isaanii hojjeetamuu qabu 14


keessaa kanneen 13 xumuramee jira.
Isaannis :-

1. Daandii Dhagaa Bocamaa 9. Ijaarsa Qeeraa, Elektromek. fi


(cobble stone) Dallaa
2. Bo'ooLolaa (ditch) 10. Kutaa Dabalata M/b Obay
3. Riqicha (culvert) ijaaruu Dibdibbee
4. Kaalvartii (box) 11. Ijaarsa Mana Qusannaa
5. Iddoo oomishaa ijaaruu 12. karaa deemsa miillaa
6. Qorannoo Diichii Magaalaa (Teeraazoo) fi suphaa diichii
(drainage and sanitay) 13. Iddoo gurgurtaa ijaaruu
7. Griinarii Addaa Addaa 14. Qorannoo Con.land fill
8. Dallaa Awwalcha Mana (Dizaayinii Hojjechuu)
Qopheessa

Pirojektoota Dizaayiniin spesifikeeshinii isaanii kan hin xumuramne

1. Ijaarsa Elektromecaanikaala qeeraa hojjeechuu

9
4.3.1.1. Pirojektoota Hojiin Isaanii Caalbaasii Malee Hojjetamaa Jiran

1. Daandii Cirrachaa haaraa km -----------25


2. Daandii cirrachaa keessa keessa---------5
3. Daandii cirrachaa suphuu km ----------10
4. Lakkooftuu Bishaanii baay’ina ---------20
5. Lakkooftuu Ibsaa baay’ina -------------20
6. Sarara Bishaanii km--------------------- 3
7. Sarara Ibsaa km --------------------------6
8. Tiraansformarii Ibsaa Baay’ina --------4
4.3.1.2. Bittaa Maashinarii ,Konkolaattota, Baajaji fi Motoraa
1. Tiraaktara Hojii qonnaa baay’ina 1
2. Maashina baay’ina 1
3. Baajaajii baay’ina 4

10
7. Ciminaa fi Hanqina

a. Cimina

- pirojektii Bara 2015 kutaa hawaasa Magaala hunda waliin hoggansi


magaalaa marii taasisuun fedhii hawaasa magaalichaa giddu galeessa
kan godhate qophaa’e ta’uu isaa.
- Kaka’umsi hojii hoggantootaa fi hojjetootta bira jiruun pirojektootni
buleeyyii fi haaraan baay’een isaanii haala gaariin xumuramuu isaanii
- teem spriitiin adeemsa keessa jiru gaarii ta’uu isaa
- Sadarkaan raawwii hojii pirojektoota Buleeyyii fi hojii pirojektoota
haaraa irra jiran gaari ta’uu.

b. Hanqina

 sababa qophii saayitii beenyaa irraa bilisa ta’e qophaa’uu dhabuun kan
kane pirojektoonnii karoorfaman akkaataa karooratiin raawwachuu
dhabuu. fkn Dallaa iddoo awwaalchaa fi Dallaa Steeshinii ittisa balaa
tasaa
 Sababa saayitiin piroojektii osoo hin beekamin piroojektii karoorsuun fi
caalbaasii baasuun raawwii isaa irratti gufuu ta’uu isaa
 Sababa dizaayinii guutuu ta’e hin hojjeetaminiif hojiin itti fufiinsa qabu
hojjeechuu dhabuu fi pirojektiin dhaabbachuu. Fkn Qeeraa Magaalaa

 Fedhiin hawaasa bal’aa waan ta’eef bulchiinsi magaalaa keenyaa


pirojektoota caalmaan hojjeechuuf Hanqina Baajata rakkoo ta’ee jira.

 Galiin mana qopheessa yeroo galuu qabutti galuu dhabuutiin


kaffaaltiiwwan piroojektootaa akka harkifatu fi bulu ta’ee jira.

 Maashinarootni keenyaa duullomuu irraan kan ka’e raawwii hojjii isaanii


gadi bu’aa ta’uu fi baasii guddaa suuphaaf akka bahu godhee jira.

11
 caalbaasiin suuphaa maashinarootaa yeroon bahee hojiitti seenuu
dhabuun konkolaattoni yeroo hojiif gahuu dhabu.

 pirojektoonnii haaraa IMX haaraaf kennaman irraatti hanqinni


dandeettii IMX gadi aanaa ta’uu irraan kan ka’e haalaa barbaadameen
raawwatamuu dhabu.

 bittaan konkolaattotaa fi maashinarootaa bara baraan karoorfamus


bittaa isaa gaggeesuu dhabuu irraa kan ka’e baajanni karoorfame
hojjiirra akka hin oollee ta’ee jira.

 waajjirri konstraakshinii qorannoo gabaa yeroon qoratee dhiyeessuu


dhabuu

8. Rakkoolee gurguddoo hojii keessatti Mudatanii fi furmaata kennamee

a. Rakkoo

Qaalayinsa gabaa waliin wal qabatee gatiin simmintoo waan ol ka’eef


Waldaaleen IMX buleeyyiin hojii pirojektoota ijaarsaa tokko tokko
irratti harkifannaan jiraachuu

b. Kallattii furmaataa

Haala gabaa tasgabbeessuun Waldaalee IMX’f haala mijeessuu

c. Dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadan:

Projektoota buleeyyi hojiin isaanii saffisaan akka xumuramu gochuu

12
Gabaasa Hojiiwwan Pirojektoota Bu'uuraalee Misoomaa Bara 2015
T/ Hojiiwwan safartuu Karoora Raaw Karoora Ji'a Fulbaanaa Kurmaana 1ffaa Hanga Kurmaana Wagg
L Gurguddoo Waggaa wii bara 2015 1ffaa aa
karoorfama 5(2013- bara irraa
n 2017) 2014
Karo Raaw % Karo Raaw % Karo Raaw %
ora wii ora wii ora wii
1 Ijaarsa Asfaalti % 62 20 - - - - - -
Qeeraa
kootichaa
2 Ijaarsa Siitiiy % 75 15 2 0.5 25 2 1.5 75 2 1.5 75 76.5
Paarkii
Xumursiisuu
(Hektara 7)
3 waajjira poolisii % 95 5 - - - - - -
4 Gamoo Chaffe % 99.5 0.5 0.5 0.5 10 0.5 0.5 100 0.5 0.5 100 100
Tumaa G+4 0
5 Ijaarsa Asfaalti % 75 25 - - - - - -
Meto 140
Xaddachaa
6 Ijaarsa Gamoo % 27 30 2 - 6 4 6 4 66. 31
G+6 67
7 Dizaayinii % 95 5 5 5 10 5 5 100 5 5 100 100
G/Aadaa 0
8 Misooma Gabaa % 99 1 ` - - - - -
9 Manneen % 98 2 - - - - - -
Qusannaa
10 Kutaa Dabalata % 99 1 - - - - - -
Buufata Fayyaa
11 Stori BLTO fi % 65 35 - - - - - -
Septik Taanki
12 Laibrary % 75 25 5 2 40 15 10 66. 15 10 53. 85
67 3
13 Tribun Stadium % 85 15 5 4 80 10 6 60 10 6 60 91
14 Sheedii IMX % 35 65 5 2 40 15 12 80 15 12 80 47

13
G+2
15 Dallaa ga. % 99 1 - - - - - -
loonii, nag. itti
muramu
16 Ibsaa Soolaarii % 88 12 5 0 10 2 20 10 2 20 90
17 Dallaa Station % 100 - - - - - -
ittisa balaa
18 Dallaa Youth % 34 66 - - - - - -
center
19 M/ B Ifa Boruu % 98 2 - - - - - -
xumursiisu
20 Fordii % 2 - - - - - -
Xumursiisuu
1 Daandii
Haaraa
1.1 Daandii Km 15 38 25 - - - - - - - - -
haaraa keessa
keessaa
1.2 Daandii Km 137 5 - - - - - - - - -
Cirrachaa
1.3 Daandii Km 66 6 7 - - - - - - - - -
Dhagaa
Bocamaa(cob
ble stone)
1.4 Daandii Km 5 0 - - - - - - - - -
Asfaaltii
2 Suphaa Km
Daandii
2.1 Daandii Km 25 16 10 - - - - - - - - -
Cirrachaa
2.2 Daandii km 3 2 - - - - - - - - -
DhagaaBoca
ma
2.3 Daandii Km 0 - - - - - - - - -

14
Asfaaltii
3 Bo'oo Lolaa Km 31 2.5 4 - - - - - - - - -
(ditch)
4 Riqicha Lakk
4.1 Riqicha Lakk 5 - - - - - - - - -
Guddaa fi
G/Gallesaa
4.2 Riqichaa Lakk 180 25 15 - - - - - - - - -
Xixiqqaa /
Kalvartii
5 Sarara Km 20 5 3 - - - - - - - - -
Bishaanii
keessa
keessaa
Dirirsuu
6 Boonoo Lakk - - - - - - - - -
Bishaanii
7 Sarara ibsaa Km
Diriirsuu
7.1 Sarara Ibsaa Km 46 8 6 1 2 20 1 2 200 1 2 200 33.33
Keessaa 0
Keessaa
7.2 Sarara Ibsaa Km 0 - - - - - - - - -
Daandii irraa
8 Ijaarsa Balbala 0 - - - - - - - - -
sheedii IMX
9 G/Gala Lakk 1 0 - - - - - - - - -
Gabaa
10 Iddoo olmaa Lakk 1 0 - - - - - - - - -
Dargaggoo
11 Buufata Lakk - - - - - - - - -
Konkolaataa

15
12 Qeeraa Lakk
12. Sadarkaa Lakk 1 - - - - - - - - -
1 1ffaa
12. Sadarkaa Lakk - - - - - - - - -
2 2ffaa
12. Sadarkaa Lakk - - - - - - - - -
3 3ffaa
12. Sadarkaa Lakk. - - - - - - - - -
4 4ffaa
13 Iddoo balfa Lakk
goggogaa
qopheessuu
13. Sanitary Ijaarsa - - - - - - - - -
1 Land fill ( Lakk)
(SLF_ class Qorannoo( - - - - - - - - -
Lakk)
2)
13. Controlled Ijaarsa - - - - - - - - -
2 Land fill ( Lakk)
(CLF Class- Qorannoo( 1 - - - - - - - - -
Lakk)
3)
13. Haala Lakk - - - - - - - - -
3 Naannootiin
(Local)
ijaaruu
14 Buufata Ittisa Lakk 1 - - - - - - - - -
balaa ibbiddaa
15 Mana Fincanii Lakk - - - - - - - - -
Ijaaruu
16 Mana Lakk - - - - - - - - -
barumsa
Bu'uura
Boruu(kan
Baajata

16
magaalaatiin
hojjetamu
qofa )
17 Mana Lakk 20 - - - - - - - - -
Qusannaa
ijaaruu (Kan
Baajata
magaalaatiin
hojjetamu
qofa)
18 Industirii
Godoo
18. Iddoo Lakk 2 - - - - - - - - -
1 Omishaa
18. Iddoo Lakk 4 - - - - - - - - -
2 Gurgurtaa
19 Carraa Hojii Dhi 10500 1250 2500 - - - - - - - - -
pirojektoota Dha. 9500 1085 1500 - - - - - - - - -
bu'uuraalee
Misoomaa Walitti 20000 2335 4000 - - - - - - - - -
irratti
uumaman
20 Galii Mana Qarshii 1,092,0 350 426,553,1 36 0 107 77 71. 107 77 71. 18.08
Qopheessaa 82,968 59.00 96 96
21 lakkooftuu Lakk 20 30 20 4 2 50 4 2 50 4 2 50 10
ibsaa
22 Lakkooftuu Lakk 20 30 20 - - - - - - - - -
bishaanii
23 Traansfoorm Lakk 20 4 4 - - - - - - - - -
arii
24 Waraqaa km 3 - - - - - - - - -
Eeny.Dijit.G
ochuu fi

17
CCTV
Camera
galchuu
25 Qorannoo % 100 - - - - - - - - -
Diichii
Magaalaa
(drainage and
sanitay)
26 Griinarii % 100 - - - - - - - - -
Addaa Addaa
27 Dallaa % 100 - - - - - - - - -
Awwalcha
Mana
Qopheessa
28 Kaadastaraaf % 100 25 25 10 25 25 100 25 25 100 25
0
29 Kutaa % 100 - - - - - - - - -
Dabalata M/b
Obay
Dibdibbee
30 Suuphaa km 20 2.5 - - - - - - - - -
diichii
31 suphaa solar lakk 50 25 - - - - - - - - -
street light
32 suphaa % 100 - - - - - - - - -
Ijaarsa Adda
Addaa
33 karaa deemsa % 100 - - - - - - - - -
miillaa
(Teeraazoo)
fi suphaa
diichii
34 Bittaa lak 4 - - - - - - - - -

18
Baajaajii 4
Gandootaaf
35 Bittaa lak 1 - - - - - - - - -
Tiraaktaraa 1
hojii qonna
magaalaatiif
36 Bittaa Lakk 1 - - - - - - - - -
Maashina

Gabaasa Hojiiwwan Pirojektoota Bu'uuraalee Misoomaa Bara 2015

19
T/ Hojiiwwa saf. karoora Ji'a Fulbaanaa Kurmaana 1ffaa Hanga Kurmaana 1ffaa Waggaa
L n bara 2015 irraa
Gurguddo Karoora Raawwii % Karoora Raawwii % Karoora Raawwii %
o
karoorfa
man
1 Ijaarsa Qars 44,000,0 20,000,0 10,985,8 54.93 20,000,0 10,985,8 54.93 20,000,0 10,985,8 54. 24.97
Asfaalti hii 00.00 00.00 62.42 00.00 62.42 00.00 62.42 93
Qeeraa
kootichaa
2 Ijaarsa Qars 32,000,0 15,000,0 7,341,0 48.94 15,000,0 7,341,0 48.94 15,000,0 7,341,0 48. 22.94
Siitiiy hii 00.00 00.00 03.18 00.00 03.18 00.00 03.18 94
Paarkii
Xumursiis
uu
(Hektara
7)
3 waajjira Qars 205,
poolisii hii 000.00 - - - - - -
4 Gamoo Qars 2,000,0 2,000,0 1,199,2 59.96 2,000,0 1,199,2 59.96 2,000,0 1,199,2 59. 59.96
Chaffe hii 00.00 00.00 88.49 00.00 88.49 00.00 88.49 96
Tumaa
G+4
5 Ijaarsa Qars 44,000,0
Asfaalti hii 00.00 - - - - - -
Meto 140
Xaddachaa
6 Ijaarsa Qars 27,693,7
Gamoo hii 71.00 - - - - - -
G+6
7 Dizaayinii Qars 800, 800,0 800,0 100 800,0 800,0 100 800,0 800,0 100. 100
G/Aadaa hii 000.00 00.00 00.00 00.00 00.00 00.00 00.00 00
8 Misooma Qars 175,
Gabaa hii 000.00 - - - - - -
9 Manneen Qars 1,250,0
Qusannaa hii 00.00 - - - - - -
10 Kutaa Qars 260,
Dabalata hii 000.00 - - - - - -

20
Buufata
Fayyaa
11 Stori Qars 935,
BLTO fi hii 000.00 - - - - - -
Septik
Taanki
12 Laibrary Qars 13,000,0
hii 00.00 - - - - - -
13 Tribun Qars 18,000,0 8,000,0 6,719,0 83.99 8,000,0 6,719,0 83.99 8,000,0 6,719,0 83. 37.33
Stadium hii 00.00 00.00 79.70 00.00 79.70 00.00 79.70 99
14 Sheedii Qars 30,000,0
IMX G+2 hii 00.00 - - - - - -
15 Dallaa ga. Qars 560,
loonii, hii 000.00 - - - - - -
nag. itti
muramu
16 Ibsaa Qars 3,400,0
Soolaarii hii 00.00 - - - - - -
17 Dallaa Qars 6,500,0
Station hii 00.00 - - - - - -
ittisa balaa
18 Dallaa Qars 6,500,0
Youth hii 00.00 - - - - - -
center
19 M/ B Ifa Qars 2,000,0
Boruu hii 00.00 - - - - - -
xumursiisu
20 Fordii Qars 240,
Xumursiis hii 000.00 - - - - - -
uu
1 Daandii km
Haaraa
1. Daandii Qars 5,000,00
1 haaraa hii 0.00 - - - - - - - - -
keessa
keessaa
1. Daandii Qars 1,500,00
2 Cirrachaa hii 0.00 - - - - - - - - -

21
1. Daandii Qars 23,000,00
3 Dhagaa hii 0.00 - - - - - - - - -
Bocamaa(c
obble
stone)
1. Daandii Qars 0
4 Asfaaltii hii - - - - - - - - -
2 Suphaa Qars
Daandii hii
2. Daandii Qars 5,000,00
1 Cirrachaa hii 0.00 - - - - - - - - -
2. Daandii Qars 1,500,00
2 DhagaaBo hii 0.00 - - - - - - - - -
cama
2. Daandii Qars 0
3 Asfaaltii hii - - - - - - - - -
3 Bo'oo Qars 23,971,24
Lolaa hii 5.00 - - - - - - - - -
(ditch)
4 Riqicha Qars
hii
4. Riqicha Qars 5,000,00
1 Guddaa fi hii 0.00 - - - - - - - - -
G/Gallesaa
4. Riqichaa Qars 2,500,00
2 Xixiqqaa / hii 0.00 - - - - - - - - -
Kalvartii
5 Sarara Qars 3,000,00 0.61
Bishaanii hii 0.00 30,000.00 18,186.00 60.62 30,000.00 18,186.00 60.62 30,000.00 18,186.00 60.62
keessa
keessaa
Dirirsuu
6 Boonoo Qars
Bishaanii hii - - - - - - - - -
7 Sarara Qars
ibsaa hii
Diriirsuu
7. Sarara Qars 11,000,00

22
1 Ibsaa hii 0.00 3,000,000.00 2,750,000. 91.67 3,000,000.0 2,750,000.0 91.67 3,000,000.0 2,750,000.0 91.67 25.00
Keessaa 00 0 0 0 0
Keessaa
7. Sarara Qars 0
2 Ibsaa hii - - - - - - - - -
Daandii
irraa
8 Ijaarsa Qars 0
sheedii hii - - - - - - - - -
IMX
9 G/Gala Qars 0
Gabaa hii - - - - - - - - -
10 Iddoo Qars 0
olmaa hii - - - - - - - - -
Dargaggoo
11 Buufata Qars
konkolaata hii - - - - - - - - -
a
12 Qeeraa Qars
hii
12 Sadarkaa Qars 14,000,00
.1 1ffaa hii 0.00 - - - - - - - - -
12 Sadarkaa Qars
.2 2ffaa hii - - - - - - - - -
12 Sadarkaa Qars
.3 3ffaa hii - - - - - - - - -
12 Sadarkaa Qars
.4 4ffaa hii - - - - - - - - -
13 Iddoo Qars
balfa hii
goggogaa
qopheessu
u
13 Sanitary Qars
.1 Land fill hii - - - - - - - - -
(SLF_ Qars
class 2) hii - - - - - - - - -
13 Controlled Qars

23
.2 Land fill hii - - - - - - - - -
(CLF Qars 2,500,00
Class-3) hii 0.00 - - - - - - - - -
13 Haala Qars
.3 Naannootii hii - - - - - - - - -
n (Local)
ijaaruu
14 Buufata Qars
Ittisa balaa hii - - - - - - - - -
ibbiddaa
15 Mana Qars
Fincanii hii - - - - - - - - -
Ijaaruu
16 Mana Qars
barumsa hii - - - - - - - - -
Bu'uura
Boruu(kan
Baajata
magaalaati
in
hojjetamu
qofa )
17 Mana Qars 12,000,00
Qusannaa hii 0.00 - - - - - - - - -
ijaaruu
(Kan
Baajata
magaalaati
in
hojjetamu
qofa)
18 Industirii Qars
Godoo hii
18 Iddoo Qars 4,000,00
.1 Omishaa hii 0.00
18 Iddoo Qars 4,000,00
.2 Gurgurtaa hii 0.00 - - - - - - - - -
19 Carraa Dhi 2500
Hojii - - - - - - - - -

24
pirojektoo Dha. 1500
ta - - - - - - - - -
bu'uuraale Ida'a 4000
e ma - - - - - - - - -
Misoomaa
irratti
uumaman
20 Galii Qar. 426.5
Mana
Qopheessa
a
21 lakkooftuu Qars 200,
ibsaa hii 000.00 50,000.00 22,401.81 44.80 50,000.00 22,401.81 44.80 50,000.00 22,401.81 44.80 11.20
22 Lakkooftu Qars 200,
u bishaanii hii 000.00 - - - - - - - - -
23 Traansfoor Qars 4,000,0
marii hii 00.00 - - - - - - - - -
24 Waraqaa Qars 4,000,0
Eenyumm hii 00.00 - - - - - - - - -
aa
Dijitaala
Gochuu fi
CCTV
Camera
galchuu
25 Qorannoo Qars 2,000,00
Diichii hii 0.00 - - - - - - - - -
Magaalaa
(drainage
and
sanitay)
26 Griinarii Qars 1,000,0
Addaa hii 00.00 - - - - - - - - -
Addaa
27 Dallaa Qars 3,000,00
Awwalcha hii 0.00 - - - - - - - - -
Mana
Qopheessa

25
28 Kaadastara Qars 4,000,00 48.29
af hii 0.00 2,000,000.00 1,931,723. 96.59 2,000,000.0 1,931,723.8 96.59 2,000,000.0 1,931,723.8 96.59
80 0 0 0 0
29 Kutaa Qars 1,000,00
Dabalata hii 0.00 - - - - - - - - -
M/b Obay
Dibdibbee
30 Suuphaa Qars
diichii hii 1,500,000. - - - - - - - - -
00
31 suphaa Qars
solar street hii 600,000.00 - - - - - - - - -
light
32 suphaa Qars
Ijaarsa hii 600,000.00 - - - - - - - - -
Adda
Addaa
33 karaa Qars
deemsa hii 3,000,000. - - - - - - - - -
miillaa 00
(Teeraazoo
) fi suphaa
diichii
34 Bittaa Qars
Baajaajii hii 1,400,000. - - - - - - - - -
4 00
Gandootaa
f
35 Bittaa Qars
Tiraaktara hii 1,500,000. - - - - - - - - -
a 1 hojii 00
qonna
magaalaati
if
36 Bittaa Qars
Mashinarii hii 3,000,000. - - - - - - - - -
00
Idaa'ama

26
Waliigalaa 50,880,000.00 31,767,545 50,880,000. 31,767,545. 50,880,000. 31,767,545.
.40 00 40 00 40

27

You might also like