You are on page 1of 2

Caaseffama WAAGQW

Ittigaafatamaa Waajjira A/Alangaa Godinaa


Garee Qophii karooraa, hordoffii fi gamaggamaa
Garee Hoggansa Hojii jijjiiramaaa fi dhimma gumii
Garee kominikeeshinii fi infoormeeshin tekinoloojii
Garee dagaagina naamusaa fi inispeekshinii
Garee hubannoo seeraa,hordoffii hojii irraa oolmaa
seerotaa fi mirga namoomaa
Garee bulchiinsaa fi Misooma qabeenya namaa
Itti aanaa itti gaafatamaa Waajjira A/Alangaa Godinaa
Adeemsa dhimmoota yakka malaammaltummaa
Garee simannaa odeeffannoo dhimmoota yakka
malaammaltummaa
Garee qorannaa fi himannaa dhimmoota yakka
malaammaltummaa
Garee hordoffii fi deebisiisaa qabeenyaa bu’aa yakka
malaammaltummaa
Adeemsa dhimmoota yakka dinagdee
 Garee dhimmoota yakka dinagdee
 Garee hordoffii fi odeeffannoo yakka dinagdee
 Garee barreessaa dhaaddachaa fi hoggansa qabiinsa
ragaa dhimma yakka malaammaltummaa fi dinagdee
Adeemsa dhimmoota yakka adda addaa
Garee barreessaa dhaaddachaa fi hoggansa
qabiinsa ragaa dhimmoota yakka adda addaa,
Adeemsa dhimma yakka dubartootaa, daa’immanii fi farra namaan daldaluu
 Garee dhimma yakka dubartootaa fi daa’immanii
 Garee ittisaa fi to’annoo yakka namaan daldaluu fi
godaansa seeraan alaa
 Garee barreessaa dhaaddachaa fi hoggansa qabiinsa
ragaa dhimma dubartootaa fi daa’immanii .
Adeemsa Hariiroo Hawaasaa
Garee tajaajila gorsaa, qophii waliigaltee fi wal
taasisuu
Garee falmii, raawwachiisa murtii fi deggersa seeraa
bilisaa
Garee barreessaa dhaaddachaa fi hoggansa qabiinsa
ragaa dhimma hariiroo hawaasaa
Adeemsa Mirkaneessa, galmeessa sanadootaa fi kenna hayyamaa

You might also like