You are on page 1of 38

WAAJJIRA DALDALAA

GODINA HARARGEE
BAHAATTI

Kurmaana 4ffaa

Eebla ,

BARA 2016
Eebla 7, 2016

Harar

1. SEENSA
Motummaan Karoora Imala Badhaadhina Misooma Ariifachiisaa Fi Itti Fufiinsa Qabu

mirkaneessu danda’uu baasuu dhaan hojiirra olchaa akka jiruu fi bu’aan abdachiisaas

galma’aa akka jiru ni beekkama.

Waajjirri Daldalaa Godina Harargee Bahaas Kallattii Misooma Mootummaan Diriirse,

Ergamaa Fi Mul’ata isaaf Keenname irratti Hundaa’uudhaan Karoora Badhaadhina

(2013 - 2022) irraa Kan Waraabame Karoora Bara 2016 Qopheessuun Akkasumaas

Kurmaanaa Fi Ji’atti Caccabsuun raawwachaa jira.kanaanis jijjiirama guddaa galma’aa

jira.

Bu’uuruma kanaan Muuxannoo Fi Baruumsa raawwii Kurmaanoota sadan dabran

keessatti raawwataman fi Muxannoowwan argaman addaan baasuu dhaan Sochii

daldalaa hammayyaa’aa fi dorgomaa ta’ee mirkaneessuu fi hawaasa godinichaa


fayyadamaa taasisuu fi Gama Badhaadhinatti Ceesisuuf kallattiwwan kaa’aman giddu

galeessa gochuu dhaan Hojiiwwan Akka Garee Galmeessaa fi Hayyamaa Waajjira

Daldalaa Godina Har/Bahaatti Hojiiwwan Kurmaana afuraffaa keessatti raawwatamu

qaban akka armaan gadi kanatti karoorfameera.

1.1. HAALA WALIIGALAA SEEKTARICHAA


Biiroon Daldala Oromiyaa Labsii Qaama Raawwachiftuu Mootummaa Naannoo

Oromiyaa Aangoo Fi Hojii Isaanii Murteessuf Bahee Lakk.242/2014 Bu’uureffachuun

Rakkoo Caaseffamaa Fi Kenna Tajaajilaa Itti Qufinsa Maamilaa Mirkaneessu Irratti

Hanqina ture Hiikuuf; Gurmaa’insaa Fi Caaseffama Humna Namaa Manneen Hojii

Ama Keessatti faca’ee ture iddoo tokkotti Bifa Haaraan Gurmeessuu Fi Of danda’ee

Akka dhaabbatu gochuun tajaajila Si’ataa Fi Bu’aa Qabeessa Ta’e Keennuun Akka

Dandeessisuuf JBAH Biiroon Daldalaa Oromiyaa Labsii Qaama Raawwachiiftuu

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyeessuuf Labsii Lakk 242/2014

Baheen Kan Hundaa’e Yammu Ta’u Ergama Biirichaaf Kenname Keessaa Inni Tokko,

Humna Sochooftu Guddina Diinagdee Fi Misooma Naannichaa Ta’uun Hawaasa

Sadarkaa Sadarkaan Jiru Fayyadamaa Taasiisuu Dha.

Kanuma Irraa Ka’uun Akkaataa Gurmaa’insa Haaraa Bara 2014 Gaggeeffameen

Waajjirri Daldalaa Godina Harargee Bahaas Hojii Kennameef Galmaan Gahuu Akka

Danda’uu Sadarkaa Godinaatti Caasaa Gareelee Hojii Ijoo Kudhaniin (10) Kan

Ijaarame Yoo ta’u Sadarkaa Aanaatti Immoo Gareelee Hojii Shan (5)N Aanaalee 21 Fi

Bul.Magaala 2 Irratti Caasaa Isaa Diriirsuun Humni Namaa Ramadamee Hojittii Akka

Seenamuu Taasiifamee Kan Gurmaa’e Yoo Ta’uu, Sadarkaa Godinatti Humna Namaa

Dhiira 27 Fi Dubartii 20 Ida’ama 47, Sadarkaa Aanaa Fi Bul.Magaalotaatti Immoo

Humna Namaa Dhiira 483 Fi Dubartii 211 Ida’ama 684 Walumaa Galatti, Caaseffama

Sadarkaa Godinaa Irraa Kaasee Hanga Aanaatti Waliigala Gala Baay’ina Humna

Namaa Dhiira 510, Dubartii 231 Ida’ama 741n Caaseffame Jira.


 Aangoo fi Gahee Hojii Biirichaa
Akkaataa labsii Mootummaa Naannoo oromiyaa fooyya’ee bahe Lakk. 242/2014

irratti ibsamen Biiroon Daldala Oromiyaa Aangoo fi gahee 47 Kan Qabu Yoo tahu
Kana Keessaa Waajjirri Daldala Godina Harargee Bahaas Aangoo fi Gahee Hojii 40 ol

Kan Qabuu dha.Isaan Kana Keessa Muraasni :

 Qo’annoofi qorannoo fedhii gabaa ni gaggeessa, bu’aa isaa hirmaatttonniifi

qooda fudhattoonni gabaa akka hubatan ni taasia; hojiirra ni oolcha;

 Oomishaalee carraa gabaa biyya keessaafi biyya alaa amansiisaa ta’e qoratee

tarsiimoo gabaa ni qopheessa;

 Walitti hidhamiinsi gabaa cimaafi itti fufiinsa qabu hirmaattota gabaa sadarkaa

adda addaa irra jiran oomishtoota, sassaabdota, daldaltoota jimlaafi qinxaaboo,

al-ergitoota, industiriiwwan, fayyadamtootaafi kan kana fakkaataan gidduutti

akka jiraatu ni taasisa; ni qindeessa; ni hordofa;

 Oomishaalee industrii biyya alaatii galan kan bakka bu’uu danda’an addaan

baasuun naannicha keessatti oomishamuuf carraa jiru ni qorata; hojiitti akka

jijjiiramu tarsimoo ni qopheessa; walitti hidhamiinsa gabaa ni uuma;

 Oomishaalee industrii carraa gabaa biyya alaa bal’aafi amansiisaa ta’aniifi bu’aa

qabeessa ta’an, akkasumas naannicha keessatti oomishamuu danda’an

ilaalchisee carraafi fedhii jiru qoratee addaan ni baasa; haala babal’achuu

danda’u irratti ni hojjata;

 Gabaan oomishaalee naannichaa akka babal’atuufi bifa itti fufiinsa qabuun

fedhiifi dhiyeessiin akka walsimu ni taasisa;

 omishaaleen qonnaa naannichaa gabaa biyya keessaafi biyya alaa irratti akka

beekaman taasisuufi hojii daldalaa babal’isuuf agarsiisa daldalaa fi baazaarii ni

qopheessa; qaamolee hirmaatan ni affeera; qaamolee agarsiisa daldalaa

qopheessaniif hayyama ni kenna; ni to’ata;

 Giddugalli agarsiisa daldalaa, baazaarii fi konfireensii qoratee akka hundeeffamu

yaada ni dhiyeessa; yammuu hayyamamu qaamota dhimmi ilaalu waliin ni

hundeessa; ni bulcha;

 Bitattoota biyya keessaafi biyya alaa oomisha bituu danda’an addaan ni baasa; ni

qindeessa; walitti hidhamiinsa gabaa ni uuma;


 Ijaarsa qaamolee birootiif seeraan hin kennamne iddoowwan gabaa oomisha

sadarkaa jalqabaa, lammaffaa fi sadaffaa naannicha keessatti bakka barbaachisu

hundatti ni hundeessa; sirna ittiin bulmaataa ni diriirsa; qaama abbummaan

bulchutti ni dabarsa; raawwii isaa ni hordofa; giddugalawwan gabaa hammayyaa

adda addaa akka hundeeffaman ni jajjabeessa;

 Wiirtuulee sassaabbiifi tamsaasa odeeffannoo gabaa ni hundeessa; sirna

sassaabbiifi tamsaasa odeeffannoo gabaa hammayyaa’aa ni diriirsa; dandeettii

itti fayyadama teknolojiifi humna namaatiin ni cimsa; odeeffannoo gabaa yeroofi

qulqullinaan qaama dhimmi ilaalu irraa ni sassaaba; ni qindeessa; ni xiinxala; ni

tamsaasa;

 Rakkoo walitti hidhamiinsa gabaa oomishni qonnaafi Interpiraayizootni

Maayikiroo Xixiqqaa qaban qaama dhimmi ilaalu waliin ni qorata; yaada

furmaataa ni dhiyeessa; carraa gabaa amansiisaa akka argtan deeggarsa

ogummaa ni kenna;

 Sirna gabaa oomishaalee qonnaa tarsimo’aa ta’an ni diriirsa; hojiirra ni oolcha;

hojiirra oolmaa isaa ni hordofa; ni to’ata;

 Gochaafi hojimaata tasgabbii sirna gabaa jeeqan madda isaanii waliin yeroo

yeroon qorachuun tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata; akka fudhatamu taasissuu

fi kkf Dha.

1.2. Mul'ata, Ergama, Dudhaalee Waajjira Daldalaa

1.2.1 ERGAMA (Mision)


Sirna Daldalaa Fi Gabaa Ammayyaa’aa Fi Haqa-Qabeessa Ta’e Diriirsuun

Uummanni Fayyadamaa Akka Ta’u Taasisuu Dha.

1.2.2 MUL'ATA (Vision)


Bara 2022tti Godina Harargee Bahaa Keessaatti Misoomni Daldalaa Fi Gabaa

Dagaagee, Jiruu Fi Jireenyi Uummataa Godinichaa Foyyaa’ee Gara Biyyoottan Galii

Gidduugaleessa Argatanitti Akka Guddattu Gochuu Dha.

1.2.3. Duudhaalee (Core Values)


 Itti Gaafatamummaa (Accountability)

 Iftoomina (Transparency)

 Tajaajila Gahuumsaa Fi Bu’aa Qabeessummaa Qabu (Efficiency

And Effectiveness)

 Hirmaachisummaa (Participatory)

 Jijjiiramaaf Hoojjachuu (Work For Change)

 Qindoominaan Hoojjachuu (Cooperation)

1.2.2 Galma
 Hubannoo fi dandeettii daldaltootaa fi hawaasa bal’aa cimsuudhaan
daldaltoota seeraan alaa gara seera qabeessaatti fiduudhaan godina
keenya keessatti sirna daldalaa ammayyaa’aa fi haqa qabeessa ta’e
raawwachuu.
1.2.4 Kaayyoo
 Riifoormii Daldalaa lafa qabsiisuuf ijaarsa sirna gabaa bilisa iftoomina qabu

babal’isuun hojii daldalaa ammayyaa’aa fi haqa qabeessa ta’e diriirsuuf

daldaltootni hunduu yeroon heyyama fudhachuu fi haaressuu akka

danda’an gochuu.

1.3 Toora Xiyyeeffannoo


 Toora Xiyyeeffannoo 1ffaa : Haqa Qabeessummaa Daldalaa ( Fair Trade )

Bu’a Toora Xiyyeeffannoo: Omisha fi Tajaajilli gahumsa fi qulqullina qabu

dhiyaatee Ummanni irraa fayyadama ta’ani arguu dha.

 Toora Xiyyeeffannoo 2ffaa : Dorgommii Daldalaa ( Trade Competition )

Bu’a Toora Xiyyeeffannoo: Dorgommiin Haqa Qabeessii Uumamee Ummanni Irraa

Fayyadamaa tahee arguu dha.

 Toora Xiyyeeffannoo 3ffaa : Ammayyummaa Daldalaa fi Gabaa

Bu’a Toora Xiyyeeffannoo: Sirni Daldalaa fi Gabaa Misoomee fi Ammayya’ee irraa

Ummanni fayyadamaa tahe arguu dha.

 Toora Xiyyeeffannoo 4ffaa: Walitti Hidhaminsa Gabaa

Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo: Carraa Gabaa bal’aa uumameen Omishnii gahaan

gabaaf dhiyaatee Uummanni irraa fayyadama tahee arguu dha.


1.4. Rakkoolee Gurguddoo Akka garee Galmeessaa fi Hayyama Adda
Bahan

 Kenna Tajajila Torarraa (Online) akkaataa barbaadamuun qulqullinaan fi Aritii

barbaadamuun raawwachu dhabu.

 Hojii galmeessa fi heeyyama keessattuu raawwiin keenyaa galmeessaa fi

hayyama akkaataa barbaadameen xummuuruu dhabuun .

 Aanaalee fi Bu/Magaaloota hunda keessatti kutannoo fi kaka’uumsa

walfakkaatuun xummuuru dhabu.

 Rakkoo Gurmaa’insa Hawaasa Daldalaa/ Mana Marii Daldalaa Kan hundaa’ee

raga barbaachisuu yeroon qindeessani qaama seeramummaa akka fudhatan

gochu dhabu.

 Gochaa Fi Ilaalcha Kiraa Sassaabdummaa Sadarkaa Hundatti Mul’atu

 Rakkoo Dandeetti Rawwachisummaa Hoggansaa Fi Ogeessotaan Wal Qabatu

 Rakkoo Dhiyeessii ( Loojistkisii, Baajata, Humna Namaa )

 Net work fi Sistamni E-Trade Ciccitaa ta’uu


1.5 Rakkoolee Gurguddoo akka adeemsaatti Salphisuuf xiyyeeyfatame.
Gareen Galmeessaa fi Heyyama waajjira Daldalaa Godina Harargee Bahaa

Bara Baajataa 2016 Kurmaana afuraffaa fi ji’a eebla keessatti Hojiiwwan Ijoo

Raawwachuuf Karoorfate

 Kenni Tajaajila Keenya Toorarraan Qofaan keennuun akkuuma jalqabame

cimee akka itti fufuu Gochun Itti Quufinsa Abbaa Dhimma Dabaluu

 Heyyama, Galmeessa hojii daldalaa akkasuuma heyyama hojii daldalaa

haroomsuu xiyyeeyfannoon addaa itti keenname akka hojjetamu gochu.

 Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hundee Irra Dhabamsiisuuf Hoojjachuu;

 Gochaa Fi Ilaalcha Kiraa Sassaabdummaa Sadarkaa Hunda Irratti Mul’atu

Hundee Irra Maqsuuf Qindoominaan Hoojjechu

 MMDWS ciimsuu
 Hubannoon Ummataa akka dabaluu leenjiiwwan adda addaa qindoominaa

akka keennamu gochu.

 Daldala Seeran Alaa Fi Kontorobaandii Xiqqeessuuf Qaamota Dhimmi

Ilaallatu Hunda Waliin Qindoominaan Hojjachuu.

1.5. Kallattiiwwan hojiiwwan Kurmaana Afuuraffaa fi ji’a Eebla

keessatti ittin raawwataman :-


 sirna galmeessa fi Eeyyama hojiirra olchuun riiformii daldalaa galmaan

geessisuu, milka’ina isaaf ragaalee keenya Amayyeessuuf kenninsa Tajaajilaa E-

Trade qulqullinaan fi Aritiin akka keennamu gochu ta’a.


 Wabii Nyaataa Mirkaneessuu
Sirnaa Daldalaa kaallatti hundaan gaggeeffamaa jiru keessattii Wabii Nyaata

Mirkanneessuun Hawaasni Godinichaa Sirna Daldalaa gaggeessinu irraa

fayyadamaa akka ta’an kan hojjatamuu ta’aa.

 . Ogummaa Dagaagsuu fi Interpirineroota Uumuu

Hojiin Daldalaa Beekumsaan akka Hogganamu Ogummaa Dagaagsuu fi

Dargaggoota, Dubartoota, Qonnan/Horsiisee Bulaa akkasumas Qaama

Miidhamtoota Godinichaatif Yaada Daldala Haaraa Maddisiisuu irratti leenjiin

akka keennamu fi dandeeyiti fi hubannoo isaani akka ciimsan ni hojjatama.


 Kenna Tajaajilaa Foyyessuu
Rakkoolee keenna tajaajila turan foyyeessun komiilee Abbaa Dhimmaa

Xiqqeessuuf tajaajilli Kenninu si’ataa fi ariifataa akka tahuuf teknolojiin

fayyadamani hojjechu jalqabame kana ciimsani raawwachu.

 Carraa Hojii Uumuu


Hojiin daldalaa bakka carraa hojii itti heddumaatuu waan ta’eef karoorri

Kurmaana afuraffaa fi ji’a Eebla keessatti kanuuma bu’uura godhate kan

raawwatamu taha.

1.6. Qaamoolee Karoora Keessatti Qooda Fudhatan


Qaamooleen Sadarkaa Godinaa Irraa Kaasee Hanga Aanaa Fi Magaalaatti Argaman

Hundi Gahee Isaan Irraa Eeggamu Taphachuu Akka Qaban Yaadamee Kan Karoorfamee

Dha. Haaluma Kanaan Qaamooleen Qindoominaa Sadarkaan Jiran, Hawaasa Daldalaa,

Fayyadamtoota, Hoggansa Waajjiraalee Daldalaa Aanootaa Fi Magaalootaa Sadarka-

Sadarkaan Jiran, ATG, Waajjira Poolisii, AT geejjibaa, Wajjira Haqaa, Waajjira Fayyaa,

Ejensi Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa Fi Waajjira Qonnaa waliin qindoominaan kan

hojjatamu taha.
 Xinxala Raawwii hojiiwwan ijoo Hanga kurmaana 3ffaa raawwataman

1. Garee Galmeessaa Fi Heyyama Hojii Daldalaa

 Hojii Rifoormii Daldalaa Lafa Qabsiisuuf Karoorfame hanga kurmaana sadaffaa Bara

2016 keessatti Gama Garee Galmeessa Fi Hayyama Daldalaatiin Hojjiiwwan gurguddoo

Hojjataman akkaataa armaan gadii xinxalamaniiru.

1.1 Galmeessa Hojii Daldalaa Haaraa Keennu Ilaalchisee


1.1. Galmeessa Hojii Daldalaa Haaraa Keennu Ilaalchisee
 Karoora Waggaa 10608
 Karoora Kurmaana 3ffaa 2652
 Raawwiin Kurmaana 3ffaa 2258 dhibbeentaan 85.14%
 Karoora hanga ammaa 6188
 Raawii Hanga ammaa 5200 dhibbeentaa 84% raawwii waggaarraa dhibbeentaa 49%
Raawwiin Galmeessaa hojii daldalaa hanqiina kan qabu ogguu ta’uu kuniisa rakkoo
Aashaaraa waan ta’eef daldalaa Galmeessaa baasuuf ragaa ashaaraatiin galmeessaa
baasuu akka hin dandeenye xinxalameera.
1.2. Heyyama Hojii Daldalaa Haaraa Kennuu
 Karoora Waggaa 12096

 Karoora Kurmaana 3ffaa 5200


 Raawwiin Kurmaana 3ffaa 4909 Dhibbeentaan 94.4%
 Karoora hanga ammaa 9072 raawwiin hanga ammaa 7756 Dhibbeentaan 85.49%
 Raawwiin kan waggarraa 64%

1.3. Heyyama Hojii Daldalaa Haroomsuu


 Karoorri Waggaa 26984
 Karoora Ji’a Bitootessa 1200
 Raawwii Ji’a 971 Bitooteessa dhibbeentaan 80.91
 Karoora Kurmaana 3ffaa 11,771
 Raawwiin Kurmaana3ffaa 13492 (100 ol)
 Karoora hanga ammaa 26984
 Raawii hanga ammaa 25984 dhibbeen taan 96.3%

2.Karoora Hojiiwwan Guguddoo Kurmaana 4ffaa fi ji’a


Eebla Keessatti Raawwatamuuf Karoorfaman

1. Garee Galmeessaa Fi Heyyama Hojii Daldalaa

 Hojii Rifoormii Daldalaa Lafa Qabsiisuuf Kurmaana 4ffaa fi Ji’a Eebla Bara 2016

Keessatti Gama Garee Galmeessa Fi Hayyama Daldalaatiin Hojjiiwwan

gurguddoo Hojjatamuuf karoorfaman Akka Armaan Gaditti Dhiyaateera.

1.1 Galmeessa Hojii Daldalaa Haaraa Keennu Ilaalchisee


 Hojii Galmeessa Daldalaa Kurmaana Afuraffaa keessatti 5408 Ji’a Eebla

keessatti 1802 Galmeessa Daldalaa hariyaa keennuuf karoorfameera.

 kan galmaan gahuufis yeroo kam iyyuu caalaa Aritii fi Qulqullinaan kan

hojjatamu taha.

1.2 Heyyama Hojii Daldalaa Haaraa Kennuu

Heyyama Hojii Daldalaa Haaraa Kennuu ilaalchisee Kurmaana 4ffaa fi Ji’a Eebla

keessatti rakkoon ammaan duraa maqsuu dhaan karoora xiqii qabame galmaan gahuuf

xiyyeeyfannoon guddaa itti keenname kan hojjatamu ogguu tahu.

Kurmaana Afuraffa keessatti 4340 Ji’a Eebla keessatti 1446 hayyama hojii Daldalaa keennuuf

karoorfameera.

Heyyama Hojii Daldalaa Haroomsuu

 Karoorri Waggaa Dhi. 22,152 Dub.4832 W/G 26984


 Hawaasni keenya kanneen hojii daldalaa irratti bobba’an osoo addabbii dabalataaf
hin saaxilamiin daldaltoota hanga ammaa hin haroomsin akka adabbiin
haroomsan xiyyeeyfannoon itti keenname kan hojjatamuu fi hayyama osoo hin
haroomfamiin hafee xummuuruuf kan hojjatamu ta’a.

Bu’uruuma kanaan

 Karoorri Waggaa 26984


 Karoora kurmaana Afuraffaa 1000
 Karoora ji’a Eebla 333

 1.4 3.Mana Marii Daldalaa fi Waldaalee Sektaraa Gurmeessu fi Cimsuu Ilaalchisee

 Mana Marii Daldalaa fi Waldaaleen Seektaraa ijaaramuun dorgommi daldalaaa


umuu fi Mirga daldalaa eegsisuu keessatti gaheen inni qabu guddaa dha. Kanaaf
Kurmaana 4ffaa fi ji’a Eebla Keessatti MMDWS Aanaalee 20 fi Bu/Magaaloota
ijaaraman hundi cimiinaan sochii qabatamaa keessa akka galan fi Miessnsa
Dabaluu Fi Busii isaani akka dabalan ni hojjatama xiyyeefannoon ni hojjatama.

Hoojjilee Gurguddoo Aanaaa Aanaa Yeroo Caccabuu

Garee Galeessa Fii Hayyama Daldaaltii

Karoora Caccabsaa ( Galmeessa Haaraa Kennuu ) Kan ji’a Eeblaa


Karoora Waggaa Bara
Raawwii Hanga Ammaa
Aanaa/Bul. 2016 Karoora
Lakk

Magaala Ida'am Ida'am Kur.4ffaa Karoora


Dhi Dha Dhi Dha
a a Ji'a Eebla

1 Qumbii
72 18 90 64 9 73 17 6
4 1 5 1 1 3
2 Cinaaksan
08 05 13 90 17 07 206 69
7 2 9 3 1 4
3 Gursuum
29 02 30 39 51 90 440 147
5 1 6 2 3
4 G/Guutuu
29 54 83 96 62 58 325 108
5 1 7 2 3
5 Qarsaa
72 38 10 88 83 71 339 113
3 1 4 2 2
6 A/Haromaya
28 12 40 43 26 69 171 57
4 1 5 1 2
7 G/Muxii
10 00 10 88 31 19 291 97
6 2 9 3 3
8 Meettaa
97 03 00 04 74 78 522 174
5 1 6 2 2
9 M/Bal’oo
54 34 88 34 44 78 410 137
4 1 5 1 2
10 Jaarsoo
13 18 31 56 61 17 314 105
11 Midhaga Tola 3 4 1 1
24 88 13 20 45 65 248 83
5 1 6 1 2
12 Fadiis
03 15 18 99 38 37 381 127
2 3 1
13 Mayyuu
35 92 27 91 24 15 212 71
6 1 8 1 2
14 M/Baabbilee
75 64 39 94 93 87 552 184
4 5 1 1
15 M/Dadar
36 74 10 06 53 59 351 117
2 3 1
16 Gola Odaa
87 86 73 93 16 09 264 88
7 1 9 2 3
17 kombolcha
93 84 77 52 69 21 656 219
2 3
18 A/Baabbilee
54 89 43 53 27 80 263 88
7 1 9 1 1
19 A/Dadar
95 71 66 55 28 83 783 261
6 1 8 1 1
20 Guraawa
94 68 61 30 30 60 701 234
7 1 8 1 1
21 Baddanno
29 67 96 29 23 52 744 248
2 1 3
22 Ku/Callee
77 09 86 42 17 59 327 109
1
23 Mak-Oromoo
95 10 05 - - 105

karoora Caccabsaa ( Hayyama Haaraa Keennuu) Ji'a Eebla


Karoora Waggaa
Raawwii Hanga Ammaa
Bara 2016
Karoora
Aanaa/Bul. karoor
Lakk

Kurmaan
Magaala Dh Ida'am Ida'am a
Dhi Dhi Dha a 4ffaa
a a a ,Ji'a
Eebla
1 12
1 Qumbii 37
02 27 9 81 11 92 12
4 55 2 1 3
2 Cinaaksa 197
39 116 5 38 20 58 66
7 93 3 1 5
3 Gursum 424
36 201 7 44 69 13 141
4 57 2 1 3
4 Jaarsoo 245
45 130 5 25 05 30 82
3 47 2 3
5 A/Haromaya 170
66 108 4 73 31 04 57
5 72 3 3
6 Qarsaa 336
83 140 3 03 83 87 112
3 43 1 2
7 Midhaga Tola 218
43 92 5 61 56 17 73
5 69 2 1 4
8 G/Guutu 274
43 156 9 95 30 25 91
7 90 3 3
9 Meettaa 514
05 204 9 18 77 95 171
10 Mal/ Bal’oo 5 67 2 2 385
41 1 39 47 86 128
130
4 52 1 2
11 Gooroo Muxii 296
25 104 8 99 33 32 99
6 85 2 3
12 M/Baabbilee 548
85 165 0 24 78 02 183
5 66 2 2
13 Fadiis 417
36 126 2 07 38 45 139
4 55 1 1
14 M/Dadar 367
69 85 4 29 58 87 122
2 36 1
15 Mayyuu 251
65 102 7 88 28 16 84
7 98 2 3
16 Kombolcha 624
99 183 2 83 75 58 208
3 41 1
17 Gola Odaa 298
16 97 3 99 16 15 99
8 97 2 2
18 A/Dadar 732
02 171 3 01 40 41 244
Aan/Babbiile 2 38
19 297
e 84 99 3 54 32 86 99
7 90 1 1
20 Baddanno 737
34 167 1 40 24 64 246
7 86 1 1
21 Guraawa 702
00 168 8 36 30 66 234
2 41
22 Ku/Callee 345
96 115 1 49 17 66 115
10
23 Mak-Oromoo 100
90 10 0 -
GAREE QID

HOJILEE HOJJATAMAN CAACCABSAA AANALEETIIN

1. Leenjii Ogeessoota Karoora Kurmana 4

Leenjii Ogeessota Ijaarsa Dandeettii Karoora Kurmaana 4ffaa Bara


2016
La Maqaa Aanaa fi Karoora Bara 2016 Karoora Kurmaana 4ffaa
k Bul.Maga Dhiira Dubarti Ida'ama Dhiira Dubarti Ida'ama

3 3
1 Aan/Babbiilee 6 1 1 2

3 3
2 M/Baabbilee 6 1 0 1

3 3
3 Goroo Muxi 6 1 0 1

3 3
4 Metta 6 1 1 2

3 3
5 Gursum 6 1 0 1

3 3
6 A/Haramaya 6 1 1 2

3 3
7 Kombolcha 6 1 1 2

3 3
8 Mag/Dadar 6 1 0 1

3 3
9 Go/Gutuu 6 1 1 2

3 3
10 A/Dadar 6 1 1 2

3 3
11 Midhagaa Tola 6 1 0 1

3 3
12 A/Fadis 6 1 0 1

3 3
13 A/ Jarsoo 6 1 0 1

3 3
14 A/ Gurawa 6 1 1 2

3 3
15 A/ Gola oda 6 1 0 1

3 3
16 A/ Cinaaksan 6 1 1 2

3 3
17 A/ qarsaa 6 1 0 1

3 3
18 Mayyuu 6 1 0 1

3 3
19 Baddannoo 6 1 1 2

3 3
20 Malka Balloo 6 1 0 1

3 3
21 Kurfaa Callee 6 1 1 2

3 3
22 Qumbii 6 1 0 1
3 3
23 Makkanniisa Oro 6 1 1 2

3 3
23 Godina 6 2 0 2

72
ida'ama 72 144
25 11 36

2. Karoora Leenjii TMD Daldaltoota Aanaalee Karoora Kurmaana 4ffaa Bara 2016

Karoora Leenjii TMD Daldaltoota Aanaalee Karoora Kurmaana 4ffaa Bara 2016

Lakk Maqaa Aanaa fi Karoora Bara 2016 Karoora Marsaa 3ffaa( Bito-Waxabajii
Bul.Maga

Dhiira Dubarti Ida'ama Dhiira Dubarti Ida'ama

1 Aan/Babbiilee 90 45 30 15 45
135
2 M/Baabbilee 90 45 30 15 45
135
3 Goroo Muxi 90 45 30 15 45
135
4 Metta 90 45 30 15 45
135
5 Gursum 90 45 30 15 45
135
6 A/Haramaya 90 45 30 15 45
135
7 Kombolcha 90 45 30 15 45
135
8 Mag/Dadar 90 45 30 15 45
135
9 Go/Gutuu 90 45 30 15 45
135
10 A/Dadar 90 45 30 15 45
135
11 Midhagaa Tola 90 45 30 15 45
135
12 A/Fadis 90 45 30 15 45
135
13 A/ Jarsoo 90 45 30 15 45
135
14 A/ Gurawa 90 45 30 15 45
135
15 A/ Gola oda 90 45 30 15 45
135
16 A/ Cinaaksan 90 45 30 15 45
135
17 A/ qarsaa 90 45 30 15 45
135
18 Mayyuu 90 45 30 15 45
135
19 Baddannoo 90 45 30 15 45
135
20 Malka Balloo 90 45 30 15 45
135
21 K/Callee 90 45 30 15 45
135
22 Qumbii 90 45 30 15 45
135
23 Mak.Oromoo 36 18 12 6 18
54
ida'ama 2,016 1,008 3,024 672 336 1,008

3. Leenjii GMD Karoora Kurmaana 4ffaa Bara 2016

Lak Maqaa Aanaa fi Karoora Bara 2016 Karoora Kurmaana 4ffaa


k Bul.Maga Dhiira Dubarti Ida'ama Dhiira Dubarti Ida'ama
1 Aan/Babbiilee 88 74 162 22 19 41
2 M/Baabbilee 88 74 162 22 19 41
3 Goroo Muxi 88 74 162 22 19 41
4 Metta 88 74 162 22 19 41
5 Gursum 88 75 163 22 19 41
6 A/Haramaya 88 74 162 22 19 41
7 Kombolcha 88 74 162 22 19 41
8 Mag/Dadar 88 74 162 22 19 41
9 Go/Gutuu 88 74 162 22 19 41
10 A/Dadar 88 75 163 22 19 41
11 Midhagaa Tola 88 74 162 22 19 41
12 A/Fadis 88 74 162 22 19 41
13 A/ Jarsoo 88 74 162 22 19 41
14 A/ Gurawa 88 75 163 22 19 41
15 A/ Gola oda 88 74 162 22 19 41
16 A/ Cinaaksan 88 74 162 22 19 41
17 A/ qarsaa 88 74 162 22 19 41
18 Mayyuu 88 74 162 22 19 41
19 Baddannoo 88 75 163 22 19 41
20 Malka Balloo 88 74 162 22 19 41
21 K/Callee 88 74 162 22 19 41
22 Qumbii 88 74 162 22 19 41
23 Mak. Oromoo 88 74 162 22 19 41
50
ida'ama 2,024 1,706 3,730 437 943
6
Leenjii Int. Dargaggoo Karoora Kurmaana 4ffaa Bara 2016

Maqaa Aanaa fi Karoora Bara 2016 Karoora Kurmaana 4ffaa


Bul.Maga
Dhiira Dubarti Ida'ama Dhiira Dubarti Ida'ama

41 40
Aan/Babbiilee 81 17 11 28

41 41
M/Baabbilee 82 17 11 29

41 41
Goroo Muxi 82 17 11 28
41 41
Metta 82 17 12 29

41 41
Gursum 82 17 11 29

41 40
A/Haramaya 81 17 11 29

41 41
Kombolcha 82 17 11 29

41 41
Mag/Dadar 82 17 11 29

41 41
Go/Gutuu 82 17 11 29

41 41
A/Dadar 82 17 11 29

41 40
Midhagaa Tola 81 17 11 28

41 41
A/Fadis 82 17 11 28

41 41
A/ Jarsoo 82 17 11 28

41 41
A/ Gurawa 82 17 12 29

41 40
A/ Gola oda 81 17 11 28

41 40
A/ Cinaaksan 81 17 11 28

41 41
A/ qarsaa 82 17 11 28

41 40
Mayyuu 81 17 11 28

41 41
Baddannoo 82 17 12 29

41 41
Malka Balloo 82 17 11 28

41 40
K/Callee 81 17 11 28

41 40
Qumbii 81 17 11 28

41 40
Mak.Oromoo 81 17 11 28

943 934 1,877 391 260 651


Idama'ama

Leenjii Int. Dubartii Karoora Kurmaana 4ffaa Bara


Karoora Bara 2016 Karoora Kurmaana 4ffaa
La Maqaa Aanaa fi Bul.Maga Dubart
k Dhiira Dub Ida'ama Dhiira Ida'ama
i

1 118
Aan/Babbiilee 0 118 0 29 29
2 118
M/Baabbilee 0 118 0 29 29

3 118
Goroo Muxi 0 118 0 30 30

4 119
Metta 0 119 0 30 30

5 119
Gursum 0 119 0 30 30

6 118
A/Haramaya 0 118 0 29 29

7 119
Kombolcha 0 119 0 31 31

8 118
Mag/Dadar 0 118 0 30 30

9 119
Go/Gutuu 0 119 0 30 30

10 119
A/Dadar 0 119 0 30 30

11 118
Midhagaa Tola 0 118 0 29 29

12 118
A/Fadis 0 118 0 28 28

13 118
A/ Jarsoo 0 118 0 30 30

14 119
A/ Gurawa 0 119 0 31 31

15 118
A/ Gola oda 0 118 0 28 28

16 118
A/ Cinaaksan 0 118 0 29 29

17 119
A/ qarsaa 0 119 0 30 30

18 118
Mayyuu 0 118 0 29 29

19 119
Baddannoo 0 119 0 31 31

20 119
Malka Balloo 0 119 0 30 30

21 118
K/Callee 0 118 0 30 30

22 118
Qumbii 0 118 0 28 28

23 118
Mak. Oromoo 0 118 0 31 31

ida'ama 0 2,723 2,723


0 681 681

Leenjii Int. Qonnan Bula Karoora Kurmaana 4ffaa Bara 2016


Maqaa Karoora Bara 2016 Karoora Kurmaana 1ffaa Karoora Kurmaana 2ffaa Karoora Kurmaana 3ffaa Karoora Kurmaana 2f
Aanaa fi Dubar Ida'a Dhiir Dubar Ida'a Dhiir Dubar Ida'a Dhiir Dubar Ida'a Dhiir Dubar Ida
Bul.Maga Dhiira
ti ma a ti ma a ti ma a ti ma a ti m
Aan/
45 45
Babbiilee 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
M/Baabbilee 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
Goroo Muxi 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
Metta 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
Gursum 90 13 12 25 13 12 25 13 12 25 13 12
45 45
A/Haramaya 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
Kombolcha 45 45 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
90
45 45
Mag/Dadar 90 12 12 12 12 12 12 12 12 12 12 12
45 45
Go/Gutuu 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
A/Dadar 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
Midhagaa
45 45
Tola 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
A/Fadis 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
A/ Jarsoo 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
A/ Gurawa 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
A/ Gola oda 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
A/ Cinaaksan 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
A/ qarsaa 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
Mayyuu 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
Baddannoo 90 12 12 24 12 12 24 12 12 24 12 12
45 45
Malka Balloo 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
K/Callee 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
45 45
Qumbii 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11
Mak.Oromo
45 45
o 90 11 11 22 11 11 22 11 11 22 11 11

1,03 2,070
ida'ama 1,035 5 265 264 517 265 264 517 265 264 517 265 264 517

Leenjii Int. Qaama Midhamaa Karoora Kurmaana 4ffaa Bara 2016


La Maqaa Aanaa fi Karoora Bara 2016 Karoora Kurmaana 4ffaa
k Bul.Maga Dhiira Dubarti Ida'ama Dhiira Dubarti Ida'ama

1 31 31
Aan/Babbiilee 62 8 8 16

2 32 32
M/Baabbilee 64 8 8 16

3 31 31
Goroo Muxi 62 8 8 16

4 32 32
Metta 64 8 8 16

5 32 32
Gursum 64 8 8 16

6 31 31
A/Haramaya 62 7 7 14

7 32 32
Kombolcha 64 8 8 16

8 32 32
Mag/Dadar 64 8 8 16

9 31 31
Go/Gutuu 62 8 8 16

10 32 32
A/Dadar 64 8 8 16

11 31 31
Midhagaa Tola 62 8 8 16
12 A/Fadis 32 32 8 8 16
64

13 32 32
A/ Jarsoo 64 8 8 16

14 32 32
A/ Gurawa 64 8 8 16

15 31 31
A/ Gola oda 62 8 8 16

16 31 31
A/ Cinaaksan 62 8 8 16

17 32 32
A/ qarsaa 64 8 8 16

18 31 31
Mayyuu 62 8 8 16

19 32 32
Baddannoo 64 8 8 16

20 32 32
Malka Balloo 64 8 8 16

21 31 31
K/Callee 62 8 8 16

22 31 31
Qumbii 62 7 7 14

23 31 31
Mak.Oromoo 62 7 7 14

ida'ama 725 725 1,450 181 181 362

4. Garee Bunaa Fii Shaa’ii


5. Sadarkaa Godinaatti Karoora KURMANA 4 Waggaa Garee Eegumsa Qulqulina fi
GabaaBuna,Shaayii fi Mi’eesituu G/ H/Baha Bara 2016

Hojiilee Safart Karoora Raawwii Karoora Karoor Kar Karoor


Gurguddoo u Wagaa 2015 Bara 2016 a oor a
Shaan Kurma a Kurma
an Kur an 4ffaa
1ffaa maa
n
2ffa
Lakk.

1. Hordoffii Bittaa Toonii 19499 4137 4300 215 430 1720


Buna Janfalaa
2. Hordoffii Buna Toonii 9310 1862 1945 97 195 778
Ala ergame
6. Karoora waggaa Sadarkaa Aanaaleetti Cacabee Garee Egumsa.Qulquliina fi
Gabaa Buna.Shaayii fi Mi’eesituu Godina H/Bahaa Bara 2016

Raawwii karoora
lakk Aannaa Saf. kar.kur 4ffa
2016 2015
Garee. Eegu.qulqu. Fi
I Gabaa bunaa, shayii fi Toonnii Toonnii Toonnii Toonnii
mi'eesituu
Hordoffii Bittaa Buna
B
Janfala
1 A/M/Balloo Toonnii 1570 1045 419
2 A/Dadar " 332.6 480 192
3 A/Meettaa " 427.77 420 168
4 A/G/Guutuu " 118 140 56
5 A/G/Muxii " 699.6 700 280
6 A/Badannoo " 760.66 1020 480
7 A/Girawwaa " 164.66 300 120
8 A/Jaarsoo " 39 50 20
9 A/Kombolchaa " 51 98 39
10 A/Gursum " 9.2 45 18

Ida'ama 4170 4300 1720

Hordoffii Dhiyessii Buna Gogaa/Uumammaa

Raawwii Karoora Kurman


B Hordoffii Dhiyessii Buna Gogaa/Uumammaa Toonii
2015 2016 4ffaa
1 A/M/Balloo Toonii 200 474 191
2 A/Dadar " 136.3 86
217
63
3 A/G/Guuttuu " 56 26
4 A/Meettaa " 208.96 190 75
5 A/G/Muxii " 340 317 126
6 A/Badannoo " 300 461 186
7 A/Giraawa " 94.52 136 54
8 A/Jaarsoo " 20.5 23 9
9 A/Kombolchaa " 15.3 44 17
10 A/Gursum " 3.2 20 8
1374.7
Ida'ama '' 1945 778
8

Hojjiillee gurguddoo bara 2016 karoorfamani fi kurmana 4ffaa

1. Dhiyeessii Midhaan Dheedhii Bollooqee Adii toonii dhiheessuuf karoorfameera.

wagga 3899 kur4 ffa 974.75 ton

2. Dhiyeessii Saliixa Toonii Gabaa giddu galeessaatiif dhiyeessuuf Karoorfameera

wagga 170 kur4ffaa 42

3. Dhiyeessii Midhaan AGADAA Boqoloo KUN -tti dhiheessuuf karoorfameera

waggaa 299284 kur4ffaa 74821


4. Dhiyeessii Midhaan AGADAA mishingaa K UN -tti dhiheessuuf karoorfameera

Wagga 114404 kur4ffaa 28601

5 dhihessii midhaan zeyta lowzii kn tti dhiheessuf karoorfameera

Waggaa 224479 kur4ffaa 56119

6 dhihessii midhaan billa qamadii kun itti dhihessuf karoorfameera

Wagga 56720 kur4 ffaa 14180

7 Xaffii waggaa 22304 kur4ffaa 5576


karoora kurmana 4ffa Adeemsa dhiheessa gabaa midhaan
s Tarkaanfiiwwan Safa. Karoora Karoora Manii Karooraa kur 4ffa
Tarsiima'aa (Hojiilee 2013- 2016 kurmana
Gurguddoo/Projektii) 2022 ebla Camssaa Waxabajji
4.1. Dhiyeessii Midhaanii
Gabaa Giddugaleessaatiif
4.1.1. Midhaan Dheedhii Toonii
4.1.1.1. Boloqqee Adii Toonii 12,450 3899 974.75 324 324 324
4.1.1.2. Boloqqee Diimaa Toonii
4.1.1.3. Boloqqee Burree Toonii
4.1.1.4. Dhiyeessii Maashoo Toonii
4.1.1.5. Aatoo Aannanii Toonii
4.1.1.6. Shumburaa Toonii
4.1.2. Midhaan Dibataa
4.1.2.1. Saalixa Toonii 2000 170 42.5 14 14 14
4.2. Walitti Hidhamiinsa
Gabaa Midhaanii Gabaa
Biyya Keessaa
4.2.1. Midhaan Biilaa
4.2.1.1. Qamadii Paastaa Kun
4.2.1.2. Qamadii daabboo Kun 56720 14180 4726 4726 4726
4.2.1.3. Garbuu biiraa Kun
4.2.1.4. Xaafii Kun 22304 5576 1858 1858 1858
4.2.1.5. Ruuzii Kun
4.2.2. Midhaan Agadaa
4.2.2.1. Boqqolloo Kun 812,600 299284 74821 24940 24940 24940
4.2.2.2. Mishingaa Kun 869,400 114404 28601 9533 9533 9533
4.2.3. Midhaan Dheedhii Kun
4.2.3.1. Baaqelaa Kun
4.2.3.2. Atara Kun
4.2.3.3. Misira Kun
4.2.3.4. Gaayyoo Kun
4.2.4. Midhaan dibataa Kun
4.2.4.1. Nuugii Kun
4.2.4.2. Talbaa Kun
4.2.4.3. Ija raafuu Kun
4.2.4.3. Loozii Kun 1,828,000 224479 56119 18706 18706 18706

Garee kudra fii mudura ilaalchisee

Karoora Bara 2016 Galmoota Tarsiimowaa, Hojiiwwan Gurguddoo kurmaana


4ffaa
Galma tarsiima’aa, Kurmaana.4ffaa
hojiiwwan ijoo fi
gurguddoo fi facaatii Safartu Karoora
T.L
hojiiwwan gurguddoo fi u 2016
agarsiiftuuwwan Karoora Ida'ama
Bara 2016 Ebla Cam Wax a
3.3 Dhiyyeessii oomisha
kuduraa, muduraa fi
jimaa baay'inaa fi
qulqullinaan guddisuu
3.3.1 Oomisha kuduraa fi Toonii
Muduraa gabaa giddu
galeessaatiif dhiyaatu
guddisuu
3.3.1.1. Oomisha kuduraa gabaa Toonii
giddu galeessaatiif
dhiyaatu guddisuu
3.3.1.1.1 Moosee Toonii 33636 2803 2803 2803 8409
3.3.1.1.2 Sh/Dimaa Toonii 605.115 605.115 605.115 1815.34
7261
3 3 3 6
3.3.1.1.3 Q/Adii Toonii 500.066 500.066 500.066
6001
7 7 7 1500.2
3.3.1.1.4 R/Maraa Toonii 1771.46 1771.46 1771.46
21258
7 7 7 5314.4
3.3.1.1.5 Kaaroota Toonii 473.583 473.583 473.583
5683
3 3 3 1420.75
3.3.1.1.6 H/Diimaa Toonii 173.073 173.073 173.073
2077
3 3 3 519.22
3.3.1.1.7 Baaroo Toonii
3.3.1.1.8 Salaxaa Toonii
3.3.1.1.9 Timaatima Toonii
3.3.1.1.1 Qaaraa Toonii
0
3.3.1.1.1 Fosoliyaa Toonii
1
3.3.1.2. Oomisha Muduraa gabaa Toonii
giddu galeessaatiif
dhiyaatu guddisuu
3.3.1.2.1 Avokado Toonii
3.3.1.2.2. Mangoo Toonii
3.3.1.2.2 Muuzii Toonii
3.3.1.2.2. Papayaa Toonii
3.3.1.3. Oomisha Jimaa gabaa Toonii
giddu galeessaatiif 40000
dhiyaatu guddisuu 3333 3,333 3,333 9999
3.4. Walitti hidhamiinsa Toonii
gabaa oomisha kuduraa,
muduraa fi jimaa
baay'inaa fi qulqullinaan
guddisuu
3.4.1. Walitti hidhamiinsa Toonii
gabaa oomisha kuduraa
baay'inaa fi qulqullinaan
guddisuu
3.4.1.1. Moosee Toonii
60,200
5,017 5,017 5,017 15,050
3.4.1.2. Shunkurtaa Diimaa Toonii
23,150
1,929 1,929 1,929 5,788
3.4.1.1. Timaatima Toonii
19,600
1,633 1,633 1,633 4,900
3.4.1.2. Qullubbii Adii Toonii
5280
440 440 440 1,320
3.4.1.1. Kaaroota Toonii
7200
600 600 600 1,800
3.4.1.2. Hundee diimaa Toonii
10085
840 840 840 2,521
3.4.1.1. Corqaa/Qaaraa Toonii
605
50 50 50 151
3.4.1.2. Raafuu maraa Toonii
14860
1,238 1,238 1,238 3,715
3.4.1.1. Fosooliyaa Toonii - - - -
3.4.1.2. Kan Biroo Toonii
4800
400 400 400 1,200
3.4.2. Walitti hidhamiinsa Toonii
gabaa oomisha Muduraa
baay'inaa fi qulqullinaan
guddisuu - - - -
3.4.2.1. Toonii
2128.5
Muuzii 177 177 177 532
3.4.2.2. Toonii
29.04
Avokaadoo 2 2 2 7
3.4.2.1. Toonii
1424.5
Paappaayaa 119 119 119 356
3.4.2.2. Toonii
7264.4
Mangoo 605 605 605 1,816
3.4.2.1. Burtukana Toonii - - - -
3.4.2.2. Loomii Toonii - - - -
3.4.2.1. Kan biro Toonii - - - -
3.4.3. Walitti hidhamiinsa
gabaa oomisha jimaa 325,60
baay'inaa fi qulqullinaan 0
guddisuu 27,133 27,133 27,133 81,400
3.4.4. Iddoolee gabaa Sambataa lakk 35 5
babl'isuudhaan
oomishtootaa fi bitattoota
walquunnamsiisuu

Garee beeyladafii bu’a beeyladaa

Walitti Hidhamiinsa Loon Maala hojatamuuf kurmana 4ffaa karoorfamee

Lk
k Maqa Aanaa Loon Maalaa
Kar.Wag Kar. Kur.4ffaa Ebl Cam Wax
249
A/H/Maayaa 1000
83 83 83
1173
Qarsaa 4689
391 391 391
801
Meettaa 3200
267 267 267
999
Go/Guutuu 4000
333 333 333
624
M/Dadar 2500
208 208 208
399
A/Dadar 1600
133 133 133
1560
M/Balloo 6240
520 520 520
1251
Ku/Callee 5000
417 417 417
2499
Gurawaa 10,000
833 833 833
6000
Baddannoo 24000
2000 2000 2000
1251
Go/Odaa 5000
417 417 417
1800
Mayyuu 7200
600 600 600
2250
Qumbii 9000
750 750 750
4800
Fadiis 19200
1600 1600 1600
171063
Midh/Tolaa 684246
57021 57021 57021
12498
Mag/Baabbilee 50000
4166 4166 4166
A/Baabbilee 500 126 42 42 42
450
Gursum 1800
150 150 150
51
Kombolchaa 200
17 17 17
288
Jaarsoo 1152
96 96 96
126
Cinaksaan 500
42 42 42
351
Go/Muxii 1400
117 117 117

Walitti Hidhamiinsa Re’ee hojatamuuf kurmana 4ffaa karoorfamee

Lkk Maqa Aanaa Re'ee


Kar.Wag Kur,4ffaa Ebl Cam Wax
291
A/H/Maayaa 1164
97 97 97
1143
Qarsaa 4570
381 381 381
1050
Meettaa 4200
350 350 350
5001
Go/Guutuu 20000
1667 1667 1667
375
M/Dadar 1500
125 125 125
501
A/Dadar 2000
167 167 167
2160
M/Balloo 8640
720 720 720
1500
Ku/Callee 6000
500 500 500
3750
Gurawaa 15000
1250 1250 1250
3750
Baddannoo 15000
1250 1250 1250
2001
Go/Odaa 8000
667 667 667
3000
Mayyuu 12000
1000 1000 1000
3036
Qumbii 12140
1012 1012 1012
4587
Fadiis 18350
1529 1529 1529
211422
Midh/Tolaa 845688
70474 70474 70474
9999
Mag/Baabbilee 40000
3333 3333 3333
39
A/Baabbilee 150
13 13 13
426
Gursum 1700
142 142 142
63
Kombolchaa 250
21 21 21
720
Jaarsoo 2880
240 240 240
51
Cinaksaan 200
17 17 17
450
Go/Muxii 1800
150 150 150

Walitti Hidhamiinsa Hoolaa hojatamuuf kurmana 4ffaa karoorfamee

Lk
k Maqa Aanaa Hoolaa
Kar.Wag Kur.4ffa Ebl Cam Wax
285
A/H/Maayaa 1130
95 95 95
1143
Qarsaa 4570
381 381 381
750
Meettaa 3000
250 250 250
1752
Go/Guutuu 7000
584 584 584
174
M/Dadar 700
58 58 58
249
A/Dadar 1000
83 83 83
1380
M/Balloo 5520
460 460 460
624
Ku/Callee 2500
208 208 208
900
Gurawaa 3600
300 300 300
1251
Baddannoo 5000
417 417 417
501
Go/Odaa 2000
167 167 167
Mayyuu 800 201 67 67 67
750
Qumbii 3000
250 250 250
201
Fadiis 800
67 67 67
80313
Midh/Tolaa 321244
26771 26771 26771
22500
Mag/Baabbilee 90000
7500 7500 7500
30
A/Baabbilee 120
10 10 10
351
Gursum 1400
117 117 117
39
Kombolchaa 150
13 13 13
360
Jaarsoo 1440
120 120 120
75
Cinaksaan 300
25 25 25
75
Go/Muxii 300
25 25 25
Walitti Hidhamiinsa Gaala hojatamuuf kurmana 4ffaa karoorfamee

Lk
k Maqa Aanaa Gaala
Kar.Wag Kur.4ffaa Ebl Cam Wax
40000

M/Babbil 10002
3334 3334 3334
16311
Midhagaa Tolaa 65244
5437 5437 5437
138
Gursum 550
46 46 46
201
G/Odaa 800
67 67 67
720
Mayyuu 2880
240 240 240
51
Cinaaksan 200
17 17 17
99
Qumbii 400
33 33 33

Walitti Hidhamiinsa Gogaa loonii hojatamuuf kurmana 4ffaa karoorfamee


Lk
k Maqa Aanaa Gogaa Looni
Kar.Wag Kur .4ffaa Ebl Cam Wax
183
A/H/Maayaa 723
61 61 61
252
Qarsaa 1000
84 84 84
1752
Meettaa 7000
584 584 584
750
Go/Guutuu 3000
250 250 250
639
M/Dadar 2555
213 213 213
399
A/Dadar 1600
133 133 133
180
M/Balloo 720
60 60 60
Ku/Callee 3000 750 250 250 250
600
Gurawaa 2400
200 200 200
300
Baddannoo 1200
100 100 100
225
Go/Odaa 900
75 75 75
300
Mayyuu 1200
100 100 100
18
Qumbii 50
6 6 6
201
Fadiis 800
67 67 67
300
Midh/Tolaa 1200
100 100 100
750
Mag/Baabbilee 3000
250 250 250
27
A/Baabbilee 100
9 9 9
750
Gursum 3000
250 250 250
501
Kombolchaa 2000
167 167 167
900
Jaarsoo 3600
300 300 300
252
Cinaksaan 1000
84 84 84
150
Go/Muxii 600
50 50 50
Walitti Hidhamiinsa K/Re’ee hojatamuuf kurmana 4ffaa karoorfamee

Lkk Maqa Aanaa Kallee Re'ee


Kar.Wag Kur.4ffaa Ebl Cam Wax
462
A/H/Maayaa 1848
154 154 154
999
Qarsaa 4000
333 333 333
7500
Meettaa 30000
2500 2500 2500
4002
Go/Guutuu 16000
1334 1334 1334
999
M/Dadar 4000
333 333 333
1200
A/Dadar 4800
400 400 400
480
M/Balloo 1920
160 160 160
501
Ku/Callee 2000
167 167 167
1800
Gurawaa 7200
600 600 600
750
Baddannoo 3000
250 250 250
900
Go/Odaa 3600
300 300 300
720
Mayyuu 2880
240 240 240
51
Qumbii 200
17 17 17
600
Fadiis 2400
200 200 200
2151
Midh/Tolaa 8600
717 717 717
2250
Mag/Baabbilee 9000
750 750 750
A/Baabbilee 304 78 26 26 26
999
Gursum 4000
333 333 333
1251
Kombolchaa 5000
417 417 417
2001
Jaarsoo 8000
667 667 667
999
Cinaksaan 4000
333 333 333
399
Go/Muxii 1600
133 133 133

Garee odeeffaannoo gabaaa

 Odeeffannoo gatii gabaa midhaanii fi beeladaa giddu gala odeeffannoo


gabaa naannoof kallattiin kennan irraa sassaabuun qindeessuu;
 Odeeffannoo gatii gabaa midhaanii giddu gala gabaa 24 irraa sassaabuu
karoorri Bara 2016 1056 Raawwiin 792 hafteen waggaa irraa 264
 Odeeffannoo gatii gabaa midhaanii giddu gala gabaa 24 irraa sassaabame
kuus dataa galchuu karoorri karoora Bara 2016 1056 rawwiin 792 kana
yommu tahu hafteen wagga irra 264 taha.
 Odeeffannoo gatii gabaa beelada dhaabbii giddu gala gabba 24 irraa
sassaabuu karoorri 1056 raawwiin 792 yommuu tahu haften wagga irra
264 taha.
 Odeeffannoo gatii gabaa beelada dhaabbii giddu gala gabaa 24 irraa
sassaabame kuus daataa galchuu karoorri 1056 raawwiin 792 100%
hafteen wagga irra 264 taha.
 Odeeffannoo gabaa midhaanii fi beeladaa Aanaalee godinaa hundaa
sassaabuu karoorri 1056 Tilmaama raawwiin 792 %dhaan 100 haften
wagga irra 264 raawwatamera.
 Odeeffannoo gabaa midhaanii fi beeladaa Aanaalee godinaa hundaa
sassaabuun kuus daata galchuu karoorri 1056 Tilmaama raawwiin 792
%dhaan haften waggaa irra 264 raawwatamera.
Mallattoo Daldalaa akka Godina keenyatti bara 2015 bifa adda ta’en
jalqabamee bara 2016tti akka itti fufu taasiisuu.
Oomishaa Naannoo tokko adda ta’e (dhandhamaa fi foolii) isan akka seeran
akka tiksamu taasiisu fi Oomishttootni oomisha galma’ee sana baayina fi
qulqullina oomishuun gabaa biyya keessa fi alaatiif carraa akka argtan
taasiisuuf Bara 2014 keessa 3 hojjatame Bara 2015tti 5 dabaluuf qabame
jira.

Garee QID
Hojiwwan Gurguddoo Xiyyeffannaan Ilaalamu Qaban:
1.To’onnoo dhaabbiilee Daldalaa laalchisee
To’onnoo Dhaabbilee Daldala raawwii Kan Hanga ji’a Ebla Bara 2016

Karoora Kar Kur 4ffaa


Karoora Raawwii
Lak Aanaa fi Hanga
Saf. Waggaa Hanga haftee
k. Magaala ji’a Kur Waxabaj
2016 kur 4ffaa ebla Camas idama
3ffaa i

1 Aanaa Baabilee
Lakk
1,100 825 1,109 9 3 3 3 9
.

2 M/Baabbilee
Lakk
2,423 1817 2,123 300 100 100 100 300
.

3
Lakk
1,516 1137 1,479 38 13 13 13 38
Gooro/Muxii .

4
Lakk
2,464 1848 2,171 293 98 98 98 293
Meettaa .

5
Lakk
4,456 3342 3,658 798 266 266 266 798
Gursum .

6
Lakk
1,800 1350 1,657 143 48 48 48 143
A/Haromaya .

7
Lakk
3,511 2633 2,938 573 191 191 191 573
Kombolcha .
8
Lakk
1,256 942 1,233 23 8 8 8 23
M/Dadar .

9
Lakk
2,486 1865 2,187 299 100 100 100 299
G/Guutu .

10
Lakk
2,138 1604 1,881 257 86 86 86 257
A/Dadar .

11
Lakk
1,250 938 1,226 24 8 8 8 24
Midhaga Tola .

12
Lakk
2,038 1529 1,838 200 67 67 67 200
Fadiis .

13
Lakk
1,938 1454 1,797 141 47 47 47 141
Jaarsoo .

14
Lakk
2,310 1733 2,017 293 98 98 98 293
Guraawa .

15
Lakk
1,139 854 1,155 16 5 5 5 16
Gola Odaa .

16
Lakk
1,063 797 1,096 33 11 11 11 33
Cinaaksa .

17
Lakk
2,500 1875 2,056 444 148 148 148 444
Qarsaa .

18
Lakk
1,152 864 1,144 8 3 3 3 8
Mayyuu .

19
Lakk
2,299 1724 2,009 290 97 97 97 290
Baddanno .

20
Lakk
1,951 1463 1,774 177 59 59 59 177
Mal/ Bal’oo .

21
Lakk
1,420 1065 1,342 78 26 26 26 78
Ku/Callee .

22
Lakk
415 311 621 206 69 69 69 206
Qumbii .

23
Makaniis Lakk
608 456 608 203
Oromoo .

IDA'AMA 43,234 32,425 38,507 4,727 1576 4,727

2.Dhaabbiilee daldalaa seeran alaa karoori waggaa 13995 yammuu ta’u Hanga ji’a Bitooteessatti daldalaa seeran
alaa adda bahe 13448 kan gara seeratti deebi’an 12457 haftee karoorea waggaa 1961 hanga Kur 4ffaa
hojatamuu qaban
Daldala Seeran Ala Gara Seeratti Deebi'ee Kan Hanga ji’a Ebla Bara 2016
Kar Kur 4ffaa
Karoora Karoora Raawwii
Lak
Aanaa fi Magaala Saf. Waggaa Hanga ji’a Hanga haftee
k. Idam
2016 bitooteessa bitooteessa ebla Camas Wax
a

Lakk 304 4 4 4 12
1 Aanaa Baabilee 421
. 316 12

Lakk 749 85 85 85 254


2 M/Baabbilee 660
. 495 254

Lakk 444 -20 -20 -20 -61


3 510
Gooro/Muxii . 383 -61

Lakk 672 57 57 57 170


4 669
Meettaa . 502 170

Lakk 904 -95 -95 -95 -284


5 826
Gursum . 620 -284

Lakk 728 57 57 57 -
6 742
A/Haromaya . 557 -171 171

Lakk 766 42 42 42 -125


7 854
Kombolcha . 641 -125

Lakk 478 3 3 3 8
8 648
M/Dadar . 486 8

Lakk 732 74 74 74 -221


9 681
G/Guutu . 511 -221

Lakk 626 13 13 13 39
10 783
A/Dadar . 587 39

Lakk 498 21 21 21 62
11 581
Midhaga Tola . 436 62

Lakk 630 38 38 38 114


12 688
Fadiis . 516 114

Lakk 500 10 10 10 31
13 625
Jaarsoo . 469 31

Lakk 642 16 16 16 49
14 791
Guraawa . 593 49

Lakk 506 23 23 23 69
15 583
Gola Odaa . 437 69

Lakk 526 -80 -80 -80 241


16 380
Cinaaksa . 285 241

Lakk 508 -1 -1 -1 -3
17 673
Qarsaa . 505 -3

Lakk 354 17 17 17 50
18 538
Mayyuu . 404 50

19 Lakk 793 634 13 13 13 39


Baddanno 595 39
.

Lakk 792 90 90 90 270


20 696
Mal/ Bal’oo . 522 270

Lakk 336 29 29 29 86
21 563
Ku/Callee . 422 86

Lakk 122 -6 -6 -6 -18


22 138
Qumbii . 104 -18

Lakk 38 38 38 114
23 Makaniis Oromoo 152
. 114 114

IDA'AMA 13,995 10496 12457 1961 654 654 654 1961

3.Hojii daldalaaa iftoominaa fi seera qabeessa taasisuuf Sak.safartuu madaallii bittaa fi gurgurtaan itti adeemsifamu
sirrii ta’uu isaaa mirkaneessuuf kan sakatta’ame Karoorri Waggaa 25908 karoora Hanga ammaa 19431 Raawwii
Hanga ammaa 19275 %99 karoora waggaa irra (74 %)rawwatameera. Hafteen karoora waggaa 6671 hanga Kur

4ffaa hojatamuu qaban

Hojii Sakatta'insa Safartuu Hanga Hanga ji’a Ebla Bara 2016

Kar Kur 4ffaa


Karoora Karoora Raawwii
Lak
Aanaa fi Magaala Saf. Waggaa Hanga ji’a Hanga haftee
k. ebla Camas Waxaba idama
2016 bitooteessa bitooteessa
ji

1 Aanaa Baabilee Lakk. 574 431 426 148 49 49 49 148

2 M/Baabbilee Lakk. 1,794 1346 1332 462 154 154 154 462

3 Gooro/Muxii Lakk. 709 532 526 183 61 61 61 183

4 Meettaa Lakk. 1,656 1242 1230 426 142 142 142 426

5 Gursum Lakk. 1,656 1242 1230 426 142 142 142 426

6 A/Haromaya Lakk. 1,827 1370 1357 470 157 157 157 470

7 Kombolcha Lakk. 2,019 1514 1499 520 173 173 173 520

8 M/Dadar Lakk. 1,104 828 858 284 95 95 95 284

9 G/Guutu Lakk. 1,173 880 871 302 101 101 101 302

10 A/Dadar Lakk. 1,043 782 774 269 90 90 90 269

11 Midhaga Tol Lakk. 650 488 483 167 56 56 56 167

12 Fadiis Lakk. 1,085 814 806 279 93 93 93 279


13 Jaarsoo Lakk. 1,242 932 922 320 107 107 107 320

14 Guraawa Lakk. 1,104 828 820 284 95 95 95 284

15 Gola Odaa Lakk. 611 458 454 157 52 52 52 157

16 Cinaaksa Lakk. 899 674 668 231 77 77 77 231

17 Qarsaa Lakk. 1,104 828 820 284 95 95 95 284

18 Mayyuu Lakk. 464 348 345 119 40 40 40 119

19 Baddanno Lakk. 1,461 1096 1085 376 125 125 125 376

20 Mal/ Bal’oo Lakk. 2,140 1605 1589 551 184 184 184 551

21 Ku/Callee Lakk. 891 668 662 229 76 76 76 229

22 Qumbii Lakk. 216 162 160 56 19 19 19 56

23 Makaniis Oromoo Lakk. 484 363 359 125 42 42 42 125

IDA'AMA 25,908 19431 19275 6671 2224 2224 2224 6671

You might also like