You are on page 1of 10

Gabaasa Raawwii Hojii Bara 2014 Mana

Maree Daldalaa fi Waldaale sakteera


Magaalaa Buraayyuu.

Waxabajii 30/ 10/20014

1
Seensa
Kallattii misoomaa biyyi keenya hordofaa jirtu deeggaruuf shoorri hawaasni daldalaa qabu
guddaadha. Hirmaannaa kanaaf Furmaanni adda duree manni mare daldalaa deeggartoota
misoomaa isaan jala jiran abbootii qabeenyaa fi hawaasa daldalaa walitti qindeessuun bu’aa
biyyaaf akka hojjechuu danda’an dhimma murteessaadha.

Badhaadhina ykn guddina biyya tokkoof shoorri mootummaa murteessaa yoo ta’es hirmaannaan
abbootii qabeenyaa ol’aanaadha yoo jedhame olkaasuu miti.

Mootummaan karoora galii walitti qabuuf kallatiin qabate keessaa, tajaajila hawaasaa,hojii
misooma diinagdee ,bulchiinsa gaarii babal’isuuf walumaa galatti jireenya hawaasaa fooyyessuuf
sochii taasifaman cinaatti manni maree daldalaa fi waldaalee seekterootaa abbootiin qabeenyaa
misoomaa hawaasa daldalaa sochoosuun hoomisha isaanii fi tajaajila hawaasummaa qaban akka
beeksifatan gochuun manni maree daldalaa fi waldaalee seekterootaa bu’uura labsii lakkoofsa
341/95 akka hundaa’u gochuun madda galii gara garaa uummachuun galii mootummaan argatu
cinaatti hojii misooma gara garaa hojjechaa jiru.

Misooma diinagdee hunda galeessa fi hunduu irraa fayyadamu danda’u mirkanneessuun sirna
daldalaa iftooma qabuu fi hawaasa daldalaa ijaaruuf akkasuma guddina biyyaa dhugoomsuuf
hawaasa daladalaa muuxannoo karaa mirga tokkummaadhaan hojjetan qooddachuuf
kabachiifachuu akkasumas dirqama isaanii karaa itti bahuu danda’an waltajjii waliinii
uummachuuf gaheen hawaasa daldalaa sadarkaa sadarkaadhaan jiranii shoora guddaa qaba .

Bu’uurriifi kaayyoo guddaan hundeeffama mana maree daldalaa fi waldaalee seektaraa magaalaa
Buraayyuu seektera daldalaa guddina magaalittii waliin wal simataa akka ta’uufi sirna daldalaa
dhiyyeesiifi fedhiin akkka jiraatu hamayyeessuuf.

Mirga ijaaramuu mootummaan kenneen daldalaan rakkoolee sochii daldalaa keessatti isa
quunnamu hiikuufis ta’ee bakka dhiyeessii gabaa daangaa malee bal’ifachuun dorgomaa ta’uuf
hubannoo daldalaa bal’isuuf mootummaaf hawaasa daldalaa gidduuti sagalee akka ta’uuf Mannii
Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektaraa magaalaa keenyaatti hojiilee qabatamaa keessa erga
galee hojiileen akka fakkeenyaati ibsaman hojjetamaniiru.

Bara 2001 A.L.I tti gaggeesitoota Miseensa boordii 11 fi miseensa seektera dalalaa gara garaa
irratti bobba’an 220n hojiisaa kan eegale manni mare keenyaa yeroo sanatti magaalichaaf haaraa
waan ta’uuf sababbii gara garaatiin haal duree mijeessaa yoo turus daldalaan bifa qindaa’een
akka hojjetu hubannoo uumuuf shoorri inni taphate oi’aanaadha .

Bara 2008 tii as manni marichaa of ijaaruun akkasumas miseensa boordii mana marichaa haaraa
filachuun dhimmoota daldalaaf Investmeentii irratti hubannoo uumuun cinaatti gochawwan
qabatamaan ibsamuu danda’an raawwachuun Yeroo ammaa kanatti miseensota sochooftota
daldalaa 13,600(kuma kudha sadiif dhibba jaha) kan horate yoo ta’u muuxannoo gaggaarii
argachuun kaayyoo hundaa’eef kan galmaan ga’u ta’a.
1
Mul’ata (vision)
Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektara Magaalaa Buraayyuu akka Oromiyaatti
Fakkeenyaa fi beekamaa ta’ee Sadarkaa Biyyaatti dorgomaa cimaa ta’u

Ergama (mission)
Daldalaa fi Inveestimantii babaliisuu fi tajaajila Ijaarsa Dandeetti /gorsaa/ kennuun sekteroonni
dhuunfaa ga’umsa qabani fi dorgomaa ta’an uumuuf yeroo kamiyyuu caala cimee hojjachuu.

Kaayyoon Mana Marichaa


 Mirgaa fi fayyadamummaa Miseensotaa MMDWS eegsisuu
 Tajaajila hawaasni Daldalaa Magaalaa Buraayyuu argachuu qabu hordofuu
 Tajaajila fi Omisha magaalicha keessatti argaman akka beekamtii fi gabaa argatan gochuu
 Daldalaa fi Inveestimantii magaalichaa guddisuu
 Mootummaa fi hawaassa Daldalaa gidduutti riqicha ta’uudhaan akka waliin hojjetan
taasisuu.
 Galiin Mootummaa seeran akka sassabbamuu tumsa gochuu
 Dandeetti ga’umsa hubannoo daldaltootaa cimsuu.
 Hirmaannaa fi fayyadamuumma Hawaasaa cimsuu
Sona (Values)
 Fedhii fi faayidaa Miseensaa duursuu
 Itti gaafatamummaa qabaachuu
 Iftoomina hojii baballiisuu
 Ga’umsa Oggummaa goonfachuu
 Gareen hojjachuu
 Aadaa qusannaa qabaachuu/guddisuu/
1. Haaluma kanaan manni maree daldalaa fi waldaalee sektaraa magaalaa Buraayyuu
Karoora fi rawwii Hojjettoota jiran.

T/L Karoora Raawwii %dhaa


Dhiira Dhalaa Wal
n
7 2 4 6 85.71
Missensoota Boordii

T/L Karoora Raawwii %dhaan


2
Dhiira Dhalaa Wal
11 7 1 8 72.72

2. Hojiiwwan gurguddoo Raawwataman


2.1 Hojii gurguddoo waggaa bara 2014 Hojiiwwan adeemsa daldalaa
3. Haawwasini Daldalaa Addabbii malee galii mootummaa iraa eegamu akka
kanffaalan sosoochiin yeroo lama tasifamera.
4. Rakkolle haawwasa Daldalaa Dhimma Gabbaa fi kanffaltti Gibbira iraati Qabu
3(sadi)Qorannoo Gaggesuun Qama dhimmii ilaalatutti Dabarsamera.
5. Lafa Mana marichaaf kenname iraatti kartaa hojisiisun abbumma lafa
mirkanefaachuf Gara Qamnii dhimmii ilaalatuti dabarfaame hordofaama jira.
6. Lenjii Hubbannoo Dhimma Hojii uummuu fi Qabinsa Herrega hawwasa Daldaalaf
hubbannoo kenameraa.
7. Waltajii koree boordii yeroo isa egate gaggesu.
8. Raga haawwasa daldalaa haala sirii ta’en galmesuun Qama dhimmii ilaalatuf
dabarsamera.
9. Hojjettoota Wirtuulee 3n Galii waliitti qabuun fakenyaa ta’aniif degarsii godhamera
10. Deggarsa Waajjira Daldaalaa Magaalaa iraa dhiyataniif ilaalun degarsii godhamera.
11. Waajjira Daldalaatiif Qalama printera bittun akka tajajjili hawwassa daldalaa hin
gufane tasifaamera.
12. Hojii Mana mare hojjetamu kamiyuu akka Qama dhimmii ilaalatuf Telegraami fi
Emailiidhaan darbbuu godhamera.
13. Maxansawwan gara garaa nagahee Galii maxaansiisuufn iraatti hojjetamera
14. Waraqaa Eenyumaa Hojjettoota 4(afur) maxaansiifame kenameraf .
15. Manneen marii nannoo waliin muuxannoo wal jijjiiran magaalaa sandaffaa bakketti
godhameen mani mare keenyaa hojii hojjetameen waraqaa galattooma fudhatera.
16. Hojii walitti dhufiinsa ummataa cimseef leenjiin hawwasaa Daldalaaf kenamera .
17. kaayyoo M/marichaa diriirsuun haawwasa Daldaala hubate jira.
18. Hojii Advookeesii iraati hojiin balaan hojetame jira.
19. Hojiilee wal fakkaatan biro hojjetame jira
20. Rakkolee hojii daldaala iraatti ummaman iraati Hojjetame jira
3
21. Odeeffannoo daldalaa Buraayyuu sassaabuun tamsaasame jira.

3. . Barumsaa Dhimmaa daldaala ilaalatu kenu

1. Daldaltoota seera alaa gara seeraatti fiduu iraatti waajjira daldalaa magaalaa
Buyaayyu waliin gara seeratti akka dhufaani Eeyyama bafaatan ta’eera.
2. To’iifi hordoffii wirtuulee daldaala 3n iraatti rakkoowwan dhimmaa galii mana
marichaa fana wal-qabatu furmata argatera.
3. Waajjiira Daldaalaatiif iddoo hojjii waajjiira waan jijjjirataniif Deggarsii
tasifaameraf.
4. Wal-gahii Boordii Mana Marichaa yeroo walgahii arifaachisaa tookko tokko iraatti
mariin tasifamera.

4. hojii karoraa fi baajataa

1. Hojii karoraa manaa hojichaa ilaalatuu karoora wagga fi kurmana qopha’ee


boordiif dhiyate mirkana’ee qamma dhimmii ilaalatuuf darbeera.
2. Hojii baajetaa galii fi basii Mana marichaa yeroo isa eege raawwatamera.
3. Gabasaa manaa hoji qophesun qamaa dhimmi ilaluu qaqaabsifaamera.

4
Karoora Hojii waggaa bara 2014 karoorfaamanii fi Raawwataman

T/ Raawwii Karoora Raawwii %dhan


L Hojiii Gurguddoo Safa Bara Wagga 2014 2014
darbee kar Raw %
(2013)
1 Haawwasini Daldalaa Addabbii malee galii mootummaa iraa eegamu akka lakk 2 2 2 100
kanffaalan sosoochiin yeroo lama tasifamera.
2 Rakkolle haawwasa Daldalaa Dhimma Gabbaa fi kanffaltti Gibbira iraati lakk 2 3 3 100
Qabu 2(lama)Qorannoo Gaggesuun Qama dhimmii ilaalatutti Dabarsamera.
3 Lafa Mana marichaaf kenname iraatti kartaa hojisiisun abbumma lafa Lak 5 5 7 140
mirkanefaachuf Gara Qamnii dhimmii ilaalatuti dabarfaame hordofaama
jira
4 Lenjii Hubbannoo Dhimma Hojii uummuu fi Qabinsa Herrega hawwasa lak 2000 500 450 90
Daldaalaf hubbannoo kenameraa.
5 Waltajii koree boordii yeroo isa egate gaggesu Lak 12 4 4 100
6 Raga haawwasa daldalaa haala sirii ta’en galmesuun Qama dhimmii Lak 1 1 1 100
ilaalatuf dabarsamera.
7 Hojjettoota Wirtuulee 3n Galii waliitti qabuun fakenyaa ta’aniif degarsii Lak 1 1 - -
godhamera
8 Deggarsa Waajjira Daldaalaa Magaalaa iraa dhiyataniif ilaalun degarsii lakk 6 4 4 100
godhamera
9 Waajjira Daldalaatiif Qalama printera bittun akka tajajjili hawwassa Lakk 3 4 2 50
daldalaa hin gufane tasifaamera.
10 Hojii Mana mare hojjetamu kamiyuu akka Qama dhimmii ilaalatuf lakk 1 1 1 100
Telegraami fi Emailiidhaan darbbuu godhamera.
11 Maxansawwan gara garaa nagahee Galii maxaansiisuufn iraatti lakk 2 2 1 50
hojjetamera
12 Waraqaa Eenyumaa Hojjettoota 4(afur) maxaansiifame kenameraf lakk 1 1 1 100
13 Manneen marii nannoo waliin muuxannoo wal jijjiiran magaalaa sandaffaa lakk 0 1 1 100
bakketti godhameen mani mare keenyaa hojii hojjetameen waraqaa
galattooma fudhatera

5
14 Hojii walitti dhufiinsa ummataa cimseef leenjiin hawwasaa Daldalaaf lakk 2 3 2 66.6
kenamera
15 kaayyoo M/marichaa diriirsuun haawwasa Daldaala hubate jira lakk 1 2 2 100
16 Hojii Advookeesii iraati hojiin balaan hojetame jira. lakk 2 2 2 100
17 Hojiilee wal fakkaatan biro hojjetame jira lakk 12 12 12 100
18 Rakkolee hojii daldaala iraatti ummaman iraati Hojjetame jira lakk 2 2 3 150
19 Odeeffannoo daldalaa Buraayyuu sassaabuun tamsaasame jira. lakk - - - -

Horanna missensoota ilaalchisee


T. Missensota horatamaan saffartu Raawwii Karoora bara Raawwii %dhaan
L Karoora 2013 2014
3 Missensoota Iddilee lakk 7,292 16,000 15230 95.18
4 Missensaa Haraa horatamaan lakk 3000 2530 2340 92.49
5 Ida’ama 10292 18530 17570 94.81

6
Ciminaalee fi Hanqiinaalee mul’atan

Ciminaa

 Murtee kamiyyuu missensotaa boordiitin irraati sagalee guutun waliin murtee kennu.
 Dhimma MMDWS ilaalatu hundaa waliin ta’aani hojjechaa kan jiran ta’u
 Deggarsa Mallaqas ta’e deggarsa meshaale qaama hawaasa tajajjiluuf taasisu.
 Hawaasa Daldalaa Galii gibira mootummaa galii isaani wal hin madaale itti ramadame
Qaama dhimmii ilaalatu waliin ta’uun furmata kenname jira.
 Wiirtuu Daldalaa kenna tajaajilaa iddoo tokkoo 3n waliin mari’achaa deemameera.
 Rakkoolee galii ilaallattu waajjira daldalaa waliin mari’achaa deemamera.
 Hawaasa daldalaa hunda miseensa missense akka ta’aan godhamera.
 Leenjii hubannoo hawaasa daldalaaf kennameera.
 Dargaggoota hojii hin qabne akka ijaaramanii hojii keessa galan fi koree isaanif
hubbannoon kenameraf.
 Boordiin mana marichaa yeroo barbaadamutti dhiyaachuun rakkollee haawwasa
Daldalaa akka hikamuu iraatti maria’chuun qama dhimmii ilaaluuf darbeera.
 Ijaarsa G+3 dhaaf kartaan kenamee akka ijaraamu godhama jira.
 Wiirtuulee 3n irratti hojjattoota kontraataa qacaruun kenna Tajajiila Daldaalaa akka
safisuu godhamera.
 Ragaa daldalaa Bara 2014 seeraan akkaataa gaaffii oromiyaa irraa dhiyaateen
hojjatamee ergamera.

Hanqinaa

 Hawwasa Daldaalatiif hubbannoo Yeroo yeroon mootummaan foyeesee basuu


iraatti kenu dadhabu.
 Rakkoole hawaasa daldaala ilaalatu itti dhiyenyaan walitti dhufaani hiikuu dadhabu.
 Waltajjii idilee yeroo isaa eeggatee seekteroota Qindoomina walii gaggeessuu
dadhabuu
 Rakkoo hawaasa daldalaa hunda furuu dhabuu .
 Rakkoo hawaasa daldalaa mootummaa gidduu jiru irratti yeroo yeroon marii
gaggeessuu dadhabuu
7
 Hawaasni daldalaa manni marii kan naaf dhaabbate jedhee amantaa guutuu akka
godhatu irratti hojjechuu dadhabuu
 Hanqinni labsii jiru irrattis qaama mootummaa waliin marii gaggeessuu dadhabuu.
Fuurmaata
 Yeroo yeroon hanqinoota mul’atan ilaaluun furmaata kennuu
 Waajjira qindoomina hawaasa daldalaa ilaalatan waliin yeroo yeroon marii
taasisuu
 Sagantaa iddoolee ka’achuun marii gaggeessuu
 Hubannoo hawaasa daldalaa yeroo yeroon qorachuun furmaata kennuu
 Kenna tajaajila keenyaa ol guddisuu
 Rakkoolee mudatan yeroo yeroon ilaaluun furmaata kennuu

8
9

You might also like