You are on page 1of 5

Page | 1

Barreeffama Hundeeffamaa

Barreefama Hundeeffamaa Waldaa Hojii Gamtaa Intarpiraayizii


Xixiqqaa______________ __________________ Ittigaafatamni Isaa Murtaa’e

Labsii Lakk 147/1991Waa’ee Waldaa Hojii Gamtaa ilaalchisee bahe bu’uurefatee


waldaan hojii gamtaa kun abbaa Aksiyoonotaa Maqqaan isaanii caqasaman kanaan
hundeefameerra.
Keewwata 1
Maqaa Waldichaa
Maqaan Waldichaa ___________________________________________ jedhamee
waamama
Keewwata 2

Maqaa, Teessoo fi Lamummaa Miseensotaa


2.1. Maqaa

Umrii Teessoo
Lak Maqaa Magaala Aanaa Ganda L.Mana bilbila postaa
k
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12

2.2. Teessoon Miseensota Hundaa

2.2.1. Naannoo___________________________
2.2.2. Godina_____________________________
2.2.3. Aanaa______________________________
2.2.4. Magaalaa___________________________

1
Page | 2

2.3. Lammummaa
2.3.1. Lammiin Miseensotaa__________________________________________

Keewwata 3

Teessoon Waldichaa

1. Waajjira Ol’aanaa Waldaa Waldichaa Godinaa ____________Magaalaa___________


Aanaa _____________ Ganda _____________ Lakk Manaa ____________
2. Koreen hojii gaggeessaa Jijiramni Teessoo waldichaa yoo godhame qaama dhimmi
ilaalu hundaaf ni beeksisa
3. Waldichi akkaataa barbaachisummaa isaatiin fedhii fi murtii yaa’ii waliigalaatiin
Damee Waajjirichaa banuu , ijaaruu fi babaldhisuu ni danda’a.

Keewwata 4

Kaayoo Waldichaa

Waldichii kaayoo armaan gadii ibsaman ni qabaata.


1. --------------------------------------------------------
2. ---------------------------------------------------------
3. ---------------------------------------------------------
4. ---------------------------------------------------------
5. --------------------------------------------------------

Keewwata 5
Kaappitaala Waldichaa

5.1. Waldichi Aksiyoonii ________________ kan qabu yammu ta’u gattin aksioonii
tokko qar. _________ dha. Kapitaala wali galaa qarshi _____ ta’a,
5.2. Kaappitaalli waldicha hundumtu yeroo _______ keessatti galli ta’a,
5.3. Kaappitaali waldicha hundumtuu buusi miseensoota irra kan argatu ta’a,
5.4. Tajaajilli meeshaa bifaanii ( item in kind) kayyoo waldicha irratti kan ibsaman
dha,
5.5. Miseensotni waldichaa gaheen fi kaapitaalli isaanii akka arman gadiitti
argamuudha.

2
Page | 3

Hirmaanan Aksiyoonaa Waldichaa haala armaan gaditti kan ibsamee dha.


Buusii waliigalaa Kan kaffalame Kan hin
Maqaa hanga akaakayyuu Baayina Gatii qar. kaffalamiin
Lakk

Aksiyoona tokko Kan Kan Buusii Bifaa


kaffalame mallata Callaan n Callaan Bifaan
callaadhaan a’e
bifaan
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
Ida’ama

Hubachisa: Daa’iimman ykn umuriin isaani waggaa 14 kan hin guutne yoo jiraatan
mana murtii irraa bakka bu’insa moogziitummaa itti qabsiifamu qaba.

Kewwata 6

Hirmaatnaa bu’aa

Labsii ijaarsa waldoolee lakk. 147/191 irratti kan muulate qarshiin ofeeggatnaa akka
eegametti ta’ee bu’aa qulqullaa’aa waldicha dhuma bajaata waggaa irratti walga’ii
miseensootaa walii galaattin kan murtaa’u bu’uurefate abboottii Aksiyoonaattiif ni
hira.

Keewwata 7
Seera qoddii bu’aa

7.1 Qoddi bu’aa waldichaa baayina aksiyonaa miseensotni qabaniin ta’ee


baasiiwwan adda addaa fi qarshiin of eeggatnoo seera erga hiratee boobda
bu’aan qulqullaa’e baayina aksiyoonaa miseensootattiin ni hirama.
7.2 Yeroo bu’aa qulqulla’e itti hiramuu gumii walii gala waldichaatin murtaa’a.

3
Page | 4

Keewwata 8
Itti Gaafatamummaa Abbootii Aaksiyoonota

Aksiyooniin abbootii aksiyoona kan murtaa’u dambi bulmataa waldicha irratti


ibsameen ta’a.

Keewwata 9
Caasa Waldicha

Waldichi Caasa Arman Gadii Qaba

9.1 Gumi walii gala miseensota.


9.2 Koree hojii rawwachiftu, gumiwalii galaattin filataman namoota 5
9.3 Akka barbaachisumatti koreewwan adda addaa ni filatama
9.4 Hojeetoota hojii waldichaaf barbaachisan

Keewwata 10

Koree Hojii Raawwachiftu Waldichaa

 Qaamni hojii raawwachiftu waldichaa kan filataman akkataa dambii bulmaataa


irratti ibsameen ta’a.

Keewwata 11

Hojii Rawwachftoota

 Taayitaa fi gaheen hojii rawwachiftoota akkata dambi bulmaata irratti hunda’a

Keewwata 12

Oditara

12.1. Waldicha oditti kan taasisu qaama mootummaa waldichaf beekumsa kan
Kennedha
12.2. Waldichi herrega isaa waggaa waggaadhan xinxalchisa

4
Page | 5

Keewwata 13

Gabaasa Raawwannaa Hojii

Waldichi gabaasa rawwannaa hojii akkata murtee gumii walii galaa waldichaatiin
dhiheesa.

Keewwata 14

Beeksisa

Beeksisnifi galmeen akkataa labsii ijaarsa waldaaleen gamtaa dhimmotnii seeraan


murtaa’an maxxanfamee ni baha.

Keewwata 15

Yeroo Turmaata Waldicha

Waldichi kan dhabbate yeroo hin murtoofneef ta’a

Keewwata 16

Ragaasisuu

Barreeffamni hundeessifamaa kun miseensotaaf dubbifamee ibsamee guyyaa


__________ miseensootan wal- gayii gaggeeffamee irratii mallatoon raggasifameera

Lakk Maqaa miseensota Mallattoo


1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12

You might also like