You are on page 1of 16

Guyyaa________________________

Waligaltee Bittaa Gurgurtaa


Waliigalteen kun bu’uraa SHH Kew/1675 fi 1679 irraattii hunda’ee kan qopha’ee dha .

1/Walii galtee kennataan/bitataan/

Waajjiraa mallaqaa fi misooma dinaagdee Godinaa Baalee Bahaa

Teessoon Naannoo------------------------------------------------

Godinaa ________________________ Aanaa/Magaalaa _______________________________

Lakk bilbilaa ______________________ Lakk Faaksii ______________________Lakk Poostaa _______________

2/Walii galtee fudhataan /Gurgurataan /

Dhabbataa ___________________________________________________________________ Teessoon Naannoo

Godinaa ---------------------------------------- Aanaa ________________________Magaalaa __________________

Gandaa ____________________ Lakk Mana ______________________ Lakk bilbilaa _____________________

Lakk Faaksii ---------------------------------------.

Walii galtee bittaa Gurgurtaa kun amaan achii meeshaa bitaachuuf gaazexaa Addis zamaan
/_____________________________________________________________/ Guyyaa ________________________

Lakk _________________ fuula ______________ irraattii beeksisaa caalbasii maxansiisee baase walii
galtee kennataa maqaa fi teessoon isaa armaan oliitii ibsamee fi meeshaa kana gurgurtaadhaan dhiyesuuf
haala sanadaa caalbasii bitatee hinjifatetiin meeshaawwaan hinjifatee dhiyesuuf walii galtee kan fudhatee
maqaa fi teessoon isaa armaan oliitii ibsamee jiduutii kan rawwatamee dha .

Walii galteen kunis qaamotaa lamanitiin jachuun Bitataa fi Gurgurataan haalawwaan keewwatoota
armaan gaditii hundeefamanitiin waliigaluun Guyyaa _____________________________ waliigaltee
seeraa qabeesaa fi fudhatamaa seeraa qabuu kan walii mallatesuun waligallee jira.

Keewwataa Tokko

Ibsaa
Waliigaltee bittaa Gurgurtaa kana keessaattii

1.1 Gurgurataa fi bitataan meeshaawwaan armaan gaditii ibsamaan bitachuu fi gurguruuf kan itti
waliigalaan ykn waliigaltee amma kana irraatii osoo hingahiin duraa sanada caalbasii bitataan
qopheessee ,sanadaa caalbasii Gurgurataan waldorgomiidhaaf dhiessee fi xalayoota hundaa ni
hamataa.
1.2 /Gatii gurgurtaa jechuun sanadaa bitataan dhiyessee keessaa tii gatii meeshaa gurgurataa tiin
ibsamanii kahamaan jechuu dha .
1.3 Meeshaa jechuun akakuun isaanii fi baay’inaa isanii waajjin ajajaa bittaa keessaattii ibsamaan jechuu dha .

Keewwataa Lama

Akaakuu meeshaa

2.1 Akaakuu meeshaa jechuun gurgurataan gatii isanii wajjiin waldorgomiidhaaf lakk 1ffaa irraa hangaa _________

Ibsee dhiyessee fi meeshaawwaan hinjifatee akkaa dhiyessuu hinjifachuu isaa xalayaa lakk ___________________

Guyyaa _________________ baarreeefamee keessaatii kan ibsamaan qofadhaa .

Keewwataa sadii

Gatii

3.1 Bitataan gatiin meeshaa ittii hinjifatamee gurgurataan fedhii isatiin gatii hir’isee jiraa jadhee baruudhaan yoo
ibsee malee gatiin meeshaa haaala kamitinuu hin jijjiramuu .

Keewwwataa Afur

Haala Kafaltii

4.1. Bitataan haala sanadaa caalbasii dhiyeseetiin meeshaawwaan dhiyataan hundinuu


qulqullumaa isanii kan eegatanii fi sadarkaa isaanii eegatanii hojjatamuu isanii eegaa
qulqulleesee oggeesaan mirkanesisee booda gatii meeshaa gurgurataan itti hinjifatee dhibbantaa
_________ parsantii kan kafaluu ta’aa .

4.2 Gurgurtaan qarshii meeshaa ittii hinjifatee fudhachuu dhaaf nagahee seeraa qabessaa ta’aan
bitataaf dhiyesuudhaaf dirqamaa qaba .bitataanis akkatumaa keewwataa xiqqaa 4.1 jalattii
ibsameetiin gatii meeshaa qarshii dhedhii dhaan ykn keewwataa xiqqaa 4.1 jalatii ibsameetiin
gatii meeshaa qarshii dhedhii dhaan ykn cheekiidhaan kafaluu dirqamaa qaba .Garuu bakka
gurgurtaan meeshaa qulqulluu fi sadarkaa isanii eeegataan hin dhiyeesinee fi nagahee seeraa
qabeessaa ta’ee hin dhiyesinetii kafaluu dhaaf dirqamaa hin qabnu .

4.3 Bitataan waajjiraa mootummaa ta’eef dhuma bara bajataa ___________ duraa meeshaa
waliigaltee kana keessaattii ibsamaan gatii isanii kafaluun fudhuu qaba .Gurgurataanis yeroo
dhiyeesii meeshaa isaa eegatee dhiyesuuf dirqamaa qaba .

Keewwataa Shan

Yeroo fi iddoo meeshaa ofirraa itti kennaan

5.1 Gurgurataan meeshaawwaan hinjifatee qulqullumaa isanii mirkaneesuun hangaa guyyaa


_______________ALI

Iddoo Dhaabbataa daldalaa keesssanitti kan nuf dhiheesitan ta'a.


5.2 Gurgurataan meeeshaawwaan hinjifatee xalayaa akeekachisaan osoo isaa hin dhaqabiin dura
guyyaa kew/xiqqaa 5.1 jalatii ibsameetiin iddoo jedhameetii fiduun kennu qaba .

Keewwataa jaha

Wabummaa

6.1 Gurgurataan meeshaa gurguree /dhiyessee / kana

A. Meeshaa ___________________________________________ tiif wabummaa yeroo _________________


B. Meeshaa ___________________________________________ tiif wabummaa yeroo _________________
C. Meeshaa ___________________________________________ tiif wabummaa yeroo _________________
D. Meeshaa ____________________________________________ tiif wabummaa yeroo ________________
E. Meeshaa ____________________________________________ tiif wabummaa yeroo ________________
F. Meeshaa ____________________________________________ tiif wabummaa yeroo ________________
kennaa
6.2 Meeshaawwaan yeroo wabummaan kennamee kana keessaattii tajaajilaa kennaan kan
dhaaban yoo ta’ee gurgurataan ,kan hojjatamaan ni hojjataa /ni hojjachiisaa /kan
suphamaan ni suphaa /ni suphisisaa /kan sirreefamaan ni sirreesaa yoo ta’uurtii
dogogoraa bitataa tiin balessaa meeshaawwaan irrttii dhaqabuuf gurgurataan ittii
gafatamummaa hin qabu .

Keewwataa Torbaa

Wabummaa Waliigaltee Hojii Gurgurtaa/dhiyessii /Performance security/

7.1 Gurgurataan waliigaltee bittaa gurgurtaa kana yeroo mallateesuu gatii meeshaalee
dhiyesuu qarshii dhibantaa 10 parsantii C.P.O. bankii dhaan mirkana’ee bitataaf ni kennaa .

7.2 Wabummaan waliigaltee hojii gurgurtaa /C.P.On/ dhiyatee kun kan tajajiluu waliigalteen
bittaa gurgurtaa kun guyyaa mallateefamaa irraa eegalee hangaa ji’aa 6 [jaha] qofa ta’aa .

7.3 Gurgurataan akkataa waliigaltee kanatiin guyyaa jedhamee keessaatii meeshaawwaan


bitataaf osoo hin keniin ji’aa jaha kan darbuu yoo ta’eeqarshiin dhibbantaa kudhan 10
parsantii C.P.On qabsisee mootummaaf galii ta’aa .

Keewwataa saddeet
Akeekaachisaa
8.1.Akkataa waliigalteekanatiin waliigaltee umaan tokko waliigaltee umaa
biratiif akeekaachisnii kennu qabu barreefamaan ta’uu qaba ,akeekachisni
kennamee jiraa kan jedhamuus akeekachisnii qaama ittii ergameef gahuu isaa
yoo mirkana”ee qofadha.
Keewwataa Sagal

Hikkaa Waldidaa

9.1.Walii galtee bittaa gurgurtaa kanatiin waldhabiiwaan umamaan hundaa karaa tasgaba’aa ta’een
hikuudhaaf byaaliin ni godhamaa .

9.2.Madaa waliigaltee bittaa gurgurtaa kanatiin waldhabiiwaan uumamaan akkataa labsii sirnaa bittaa
fi bulchinsaa qabeenyaa mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk.157/2002 irraattii hunda’ee
qajeelfamaa rawwii bittaa Motummaa Naannoo Oromiyaa lakk 2/2004 kew /44 tiin itti gafatamaaan
waajjiraa tiif dhiyatee adeemsaleen kew /45 irraa eegalee hangaa kew /56/3,ab/jiraan hundinuu
xumuramanii yoo qulqula’aan malee kew /57 irraattii hunda’uun dhimmichaa mana murtiidhaaf
dhiyesuun falmachuu hin danda’uu.

9.3.Akkataa waliigaltee kana kew /xiqqaa 9.2 jalatii ibsameetiin adeemsaleen komii hikkaa tartibaan
itti deemamee yoo xumuramee ,bu’uraa qajeelfamaa bittaa 2/2004 kew /57 tiin dhimmichaa mana
murtiidhaaf dhiyesuun falmachuu ni danda’aa.

Keewwataa kudhan

Bu’aa qabsummaa waligalteen kun ittii mirkana’uu

10.1.jechooni waliigaltee kana keessaattii hundeefamaan hundinuu hikkaa seeraa Itoophiyaa


keessaattii qaban ni qabatuu jachuudhaan waligaltee bittaa gurgurtaa kana bu’uraa SHH kew /1731 fi
2005 tiin nutii waliigaltee kennataa fi fudhataa jiduutii fudhatamaa seeraa kan qabudha jachuun bitaa
mirgaan mallatesinee mirkaneesuun fudhannee jira.

Nutiis maqaan keenyaa armaan gadiitti ibsamee fulduraa maqaa keenyaan mallateesinee hundinuu
waligaltee kennataa fi waligaltee fudhataan waliigaltee bittaa gurgurtaa armaan olitii ibsamee kana
qamnii tokkollee osoo isaan hin dirqisisiin bitaa mirgaan mallateesanii yeroo fuudhataaan arguu fi
dhagahuu keenyaa mallattoo keenyaan mirkanesinee jira .

Mallattoo waliigaltee kennataa Mallattoo waliigaltee fudhataa

Maqaa ___________________________ Maqaa ____________________________

Mallattoo _______________________ Mallattoo _________________________

Gahee hojii ________________________ Gahee hojii _____________________

Guyyaa ____________________________ Guyyaa ________________________

Maqaa Fi Mallattoo Ragootaa

1/ Maqaa __________________________ Teessoo _______________ mallattoo ________

2/Maqaa _________________________ Teessoo ______________ Mallattoo ________

3/ Maqaa ________________________ Teessoo _________________ Mallattoo ________

4/ Maqaa _______________________ Teessoo _____________ Mallattoo _____________


Gosa Meeshaa dhabbanii Waabee Shabalee Mo’atee

6212

T/L Gosa meeshaa saf Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Waraqa kompiitaraa Gold Dastaa 279 97 27063
2 Waraqaa kompitaraa Dastaa 13 98 1274
kalardii
3 Waraqaa maanelaa lakk 212 6 1272
4 Kakii poostaa guddaa lakk 462 2 60 1201 20
5 Kakii poostaa g/g lakk 1242 1 69 2098 98
6 Poostaa Adii lakk 31 1 31
7 Qalamaa bikii diima paketii 11 155 1705
8 Qalamaa leeksii cuqullisaa paketii 39 185 7215
9 Irsaasa HB lakk 80 1 70 136
10 Maarkarii DOLLAR paketii 77 188 14476
11 Markarii ART LINE paketii 32 114 3648
12 Faastinarii paketii 75 22 1650
13 Dabtaraa sarara abbaa lakk 70 5 350
fuula 32
14 Dabtaraa iskuweerii abbaa lakk 85 8 680
fuula 50
15 Qalamaa kompiitaraa 53 A lakk 27 776 20952
Ida’amaa 83752 18
VAT 15% 12562 83
96315 01
Ida’amaa
waii gala

6218

T/L Gosa meeshaa Safartuu Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Softii mamkoo Lakk 418 8 3344
2 Softii guddaa Ambassador Lakk 177 7 90 1398 30
3 Saamunaa waabeel 250 Lakk 12 50 150
gm 200
Ida’amaa 4892 30
VAT 15% 733 85
Ida’ama 5626 15
walii gala
6219

T/L Gosa meeshaa safar Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Isteepilaraa kangaroo lakk 56 62 3472
2 Buqiftuu lilmoo lakk 32 9 288
isteepilaraa
3 Boorsa leezaraa qulqullu lakk 97 600 58200
4 Sarartuu muka abbaa Lakk 9 29 261
50cm
5 Sarartuu pilaastikaa Lakk 85 8 680
abbaa 50cm
6 Qartuu irsaasa lakk 7 72 504
7 Meetiraa abbaa 50 Lakk 5 130 650
Ida’amaa 64055
VAT 15% 9608 25
Ida’amaa 73663 25
walii gala

6313

T/ Gosa meeshaa Safartu Baay’in Gatii tokko Gatii mara Ibsaa


L u aa
1 Dell LCD Computer Pcs 4 12428 49712
2 Photo copy machine Pcs - 24600 -
small
3 Printer 401n Pcs - 3400 -
4 Laminating machine Pcs - 3000 -
5 Digital video camera 14.1 Pcs 5 4100 20500
6 Digital video camera 12.1 Pcs 3 4000 12000
7 Managerial chair high Pcs 4 7000 28000
back leather split
8 Office table 140*70*75 Pcs 9 2600 23400
9 Guest chair with arm rest Pcs 4 794 3176
10 Guest chair with out arm Pcs 1 640 640
rest
11 Guest sofa Pcs - 1700 -
Ida’ama - 137428
VAT15% - 20614 20
Ida’ama - 158042 20
waligala
Gosa meeshaa IMX Salamoon fi yeeshiharag mo’ataan

6212

T/L Gosa meeshaa safartuu Baay’ Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
inaa
1 Waraqaa kompiitaraa Double A Dastaa 357 105 26 37577 82
2 Waraqaa kompiitaraa paper line Dastaa 54 104 5616
3 Waraqaa abbaa sarara Dastaa 122 54 26 6619 72
4 Waraqaa giraafii Mara 243 9 62 2337 66
5 Kilaaseera furdaa Lakk 2295 1 86 4268 70
6 Kilaaseera haphii Lakk 833 1 59 1324 47
7 Poosta kakii xiqqaa Lakk 814 1 40 1139 60
8 Ajandaa bara 2015/16 kan biyyaa Lakk 187 61 11407 -
ala
9 Ajandaa bara 2008 kan biyyaa Lakk 143 46 50 6649 50
keessaa
10 Hamattuu galmee kan sibilaa Lakk 281 34 68 9745 08
11 Hamattuu galmee kan kirii Lakk 296 21 6216 -
12 Qalamaa bikii cuqullisaa Paketii 126 154 19404 -
13 Qalamaa bikii gurrachaa Paketii 70 156 10920 -
14 Qalamaa leeksii gurrachaa Paketii 14 189 2646 -
15 Irsaasii DOT Lakk 128 1 99 254 72
16 Fiksaarii 0.7 Lakk 16 18 288
17 Karbooni harkaa Ambassador 8000 Dastaa 80 98 7840 -
H
18 Lilmoo isteepilaraa guddaa Paketii 38 64 2432 -
19 Lilmoo isteepilaraa xiqqaa Paketii 490 2 86 1401 40
20 Dabtaraa sarara abbaa fuula 50 Lakk 205 8 1640 -
21 Qalamaa kompiitaraa TN 3030 Lakk 4 1626 6504 -
22 Qalamaa pirintaraa KYOCERA Lakk - 649 - -
23 Qalamaa pirintaraa SAMSUNG 205 Lakk 1 3670 3670 -
S
24 Qalamaa pirintaraa SAMSUNG 205 Lakk 3 3998 11994 -
D
25 Qalamaa kompitaraa 05 A 9 750 6750 -
Lakk
Ida’ama 168645 67
a 25296 85
VAT 193942 52
15%
Ida’ama
waligala
6218

T/L Gosa meeshaa saf Baay’in Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
aa
1 Filitii qilleensaa sandel wood Lakk 139 42 5838
2 Filitii qilleensaa lemon Lakk 51 41 2091 -
3 Filitii qilleensa Apel Lakk 90 42 3780 -
4 Oomo zahraa Lakk 348 10 61 3692 28
5 Saamunaa meedikaam Lakk 269 13 75 3698 75
Ida’ama 19100 03
VAT 15 2865 -
Ida’ama w 21965 03
6219

T/L Gosa meeshaa Safar Baay’ina Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
a
1 Kilip bordii Lakk 23 26 138
2 Borsaa laptopii kan Lakk 40 590 23600
dugdaa
3 Sumanii Lakk 15 129 1935
4 Hardii kavarii Dastaa 6 92 552
Ida’ama 26225 -
VAT15% 3933 75
Ida’ama 30158 75
waliigala

6313

T/L Gosa meeshaa Saf Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Dell desk top computer Pcs - 12998 98 -
2 Hp laptop Pcs - 23755 -
3 Toshiba laptop core i7 Pcs 1 19500 19500
4 Fax machine small Pcs - 6290 -
5 Photo copy machine big Pcs - 27000 -
6 Printer 401dn Pcs - 8496 -
7 LCD projector Pcs 1 13998 13998
8 Digital video camera Pcs 1 3990 3990
16.1
9 Managerial chair Pcs 2 6090 12180
leather non split
10 Laptop bag Pcs 16 589 9424
11 Four seater guest chair Pcs - 7000 -
Ida’amaa 59092
VAT 15% 8863 80
Ida’amaa walii gala 67955 80

Gosa meeshaalee IMX Daani’eel fi Saamu’eel mo’ataan

6212

T/L Gosa meeshaa Saf Baay’ina Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Waraqaa taayipii Dastaa 3 90 270
2 Koreekshiin peenii Lakk 224 12 2688
3 Filuudii abbaa eegee Lakk 112 9 1008
4 Rivanii taayipii - 40 -
5 Karbooni harkaa 3000 H Dastaa 59 100 5900
6 Karbooni taayipii Dastaa - 65 -
7 Lilmoo waraqaa paketii 328 4 1312
8 Agraafii 3 10 30
9 Isteensilii - 400 -
10 Taayigaar koolaa 5 72 360
11 Qalamaa chappaa 185 6 75 1248 75
12 Dhittoo chappaa 60 18 25 1095
13 Qalamaa kompitaraa 80A 115 790 90850
14 Qalamaa kompitaraa TN - 1680 -
3145
15 Toonaar 45 - 726 -
16 Toonaar 78 - 1026 -
17 Toonaar 61 - 726 -
Ida’amaa 104761 75

6218

T/L Gosa meeshaa safartu Baay’inaa Gatii Gatii Ibsaa


u tokko mara
1 Filitii ilbisaa roch killer Lakk 242 46 11132
2 Filitii ilbisaa tike Lakk 80 45 3600
3 Saamunaa poopulaar Lakk 240 14 3360
4 Hartuu mana kan Lakk 172 46 7912
pilaastikaa
5 Kibriitii Lakk 328 1 328
6 Dhagaa baatirii duraata Cimdii 151 5 755
xiqqaa
7 Alkolii abbaa xarmuzii Lakk 17 45 765
8 Saamunaa ajaksii Lakk 116 4 89 567 24
guddaa
9 Saamunaa ajaksii Lakk 26 3 78
xiqqaa
Ida’amaa 28497 24
6219

T/L Gosa meeshaa Safartuu Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Kalkuleetaraa saayintifikii Lakk 22 210 99 4641 78
2 Kalkuleetaraa DJ 120 lakk 43 179 99 7739 57
3 Tirii waraqaa lakk 35 35 1125
4 Tirii ispilaa 12 35 420
5 Boorsaa abbaa 37 138 99 5142 63
kalkuleetaraa
6 Sa’aatii girgiddaa 7 320 2240
7 Kusaa hasbaa 28 40 1120
8 Baatirii abbaa dhagaa 38 35 1330
9 Baatirii abbaa charjaraa 28 55 1540
10 Qulfii minjaala 52 25 1300
Ida’amaa 26598 98

6313

T/L Gosa meeshaa Safartuu Baay’inaa Gatii mara Ibsaa


Gatii
tokko
1 Toshiba laptop core i3 Pcs 10 110000
11000
2 Toshiba laptop core i5 Pcs 9 147600
16400
3 Printer 401d Pcs 4 27584
6896
4 Computer table Pcs 3 4200
1400
5 Digital video camera 20.1 Pcs 3 7200
2400
6 Flash disk 2gb Pcs 2 240
120
7 Flash disk 32gb Pcs 10 4000
400
8 Divider Pcs 48 5376
112
9 Blower medium Pcs 2 940
470
10 Office table L-shape Pcs 3 18600
6200
11 Executive L- shape Pcs 2 16500
8250
12 Office shelf two doors Pcs 8 29360
3670
13 Office shelf three doors Pcs 7 28000
4000
14 Office shelf four doors Pcs - -
6350
15 Cash safe box 300 kg Pcs - -
3990
Ida’amaa 399600
-
Gosa meeshaa IMX Ahmad hasaan fi Guutuu mo’ataan

6212

T/L Gosa meeshaa Safrtuu Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Waraqaa kompitaraa Dastaa 238 108 25704
gold s star
2 Waraqaa iskuweerii Dastaa 90 62 5580
3 Fillip chartii kan biyyaa Lakk 2 46 92
keessaa
4 Fillip chartii kan biyyaa Lakk 14 89 1246
ala
5 Yaadannoo harkaa Lakk 39 23 897
guddaa
6 Yaadannoo harkaa g/g Lakk 343 16 5488
7 Yaadannoo harkaa xiqqaa Lakk 321 10 3210
8 Galmee guddaa kan Lakk 48 98 4704
biyyaa ala
9 Galmee g/g kan biyyaa Lakk 159 65 10335
alaa
10 Galmee xiqqaa kan Lakk 145 46 6670
biyyaa ala
11 Galmee pirootokolaa Lakk 27 55 25 1491 75
12 Rikumandee Lakk 11 25 275
13 Rublikii Lakk 20 75 1500
14 Fiksarii 0.5 Lakk - 17 -
15 Liidii fiksarii 0.5 Lakk 10 6 50 65
16 Qalamaa dhuguu hero Lakk 19 25 475
17 Qalamaa qalamaa Lakk 27 30 810
dhuguu
18 Waraqaa baayisaa Dastaa 79 90 7110
19 Laaphisii pilkanii Lakk 12 4 48
20 Laphisii adii Lakk 34 5 170
21 Uhuu Lakk 326 22 7172
22 Iskooch teepii Lakk 5 10 50
23 Maxarazaa waraqaa Lakk 35 35 1225
24 Pilastaraa qarshii g/g Lakk 2 12 24
25 Burushii fakkii 3 30 90
26 Qalamaa kompitaraa 49A Lakk - 898 -
27 Qalamaa kompitaraa 15A Lakk - 876 -
28 Qalamaa kompitaraa 35A Lakk 6 900 5400
29 Qalamaa footoo koppii 6 430 2580
Lakk
Ida’amaa walii gala - 90434 25

6218

T/L Gosa meeshaa safartuu Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara ibsaa
1 Saamunaa qaama giiv Lakk 132 7 25 957
2 Hartuu mana kan meexii Lakk 7 19 133
3 Ispoonjii Lakk 285 5 1425
4 Dhagaa batrii durataa Cimdii 575 10 50 6037 50
guddaa
5 Abujadii waara 21 40 840
6 Fooxaa harkaa Lakk 110 35 3850
7 Hiituu qarshii 4 52 208
Mawalwayaa jibrii 48 46 2208
Ida’amaa waliigala 15658 50

6219

T/L Gosa meeshaa safartuu Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara ibsaa
1 Urtuu waraqaa g/g lakk 20 65 1300
2 Urtuu waraqaa guddaa lakk 6 280 1680
3 Bilbilaa minjaalaa lakk 19 30 570
4 Borsaa sharaa lakk 34 540 18360
5 Isteepilaraa jiyaantii lakk 13 430 5590
6 Qulfii mana lakk 53 89 4717
7 Baldii abbaa sibilaa lakk 12 95 1140
8 Jarikaana abbaa lit 25 lakk 5 65 325
9 Waraqaa tiranisparansii lakk 2 135 270
10 Maxarazaa waraqaa lakk 22 135 2970
tiranisparansii
Ida’amaa waliigala 36922

6313

T/L; Gosa meeshaa Safartuu Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa
1 Photo copy machine Pcs - 39500 -
IR 2016 /18
2 Color printer canon Pcs 1 3500 3500
3 Binding machine Pcs - 3000 -
4 Scanner Pcs - 2846 -
5 Flash disk 4gb Pcs 12 130 1560
6 Flash disk 16gb Pcs 27 215 5805
7 Stabilizer 1000w Pcs 18 660 11880
8 Managerial chair high Pcs 19 2660 50540
back fabric cover
9 Leather bag Pcs 18 645 11610
10 Office table Pcs 10 2150 21500
11 Cash safe box 100kg Pcs 1 2999 2999
12 Cash safe box 200kg Pcs 1 3445 3445
Ida’amaa walii gala - 112839
Gosa meeshaa dhabbanii Asteer Galaan Wakanee mo’atee

6313

T/L Gosa meeshaa Baay’inaa Gatii tokko Gatii mara Ibsaa


Acer LCD computer - 14999 -
Printer 401a 4 5567 22268
Printer 401dne - 8574 -
Printer 1006/05/2035 1 8099 8099
Flash disk 8gb 33 181 26 5981 58
Flash disk 64gb 1 900 900
Samsonite 4 999 3996
File cabinet wooden - 6498 -
Three seaterguest chair - 5565 -
Ida’ama 41244 58
VAT15% 6186 69
Ida’amaa walii gala 47431 27

You might also like