You are on page 1of 12

Karoora Waggaa Sadii

Mana Barumsaa
Veenus

Bara 2015-2017

Waxabajjii ,2015
Kutaa
Fuula

Baafata

1. Haala waliigalaa M/barumsichaa -----------------------------------------------------1


2. Himaattota ---------------------------------------------------------------------------------2
3. Qabiyyee karoorichaa --------------------------------------------------------------------3
kutaa II
4. Rawwii karoorichaa ------------------------------------------------------------------------4
5. Ka’imsa karoora hojii bara 2010 --------------------------------------------------------5
6. Chaaratiiwwan adda addaa --------------------------------------------------------------6
7. Karoora mirkaneeffanna paakeejii quuqullina barnoota -------------------------7
8. Sochii barnootaa dabalataa -------------------------------------------------------------8
9. Sochii faayinaansii -------------------------------------------------------------------------9
10. Rakkooowwan hojii keessatti mudachuu danda’an -----------------------------10
Seensa

Biyyi keenya sadarkaa byyoonni biro irra ga’an bira ga’uuf barumsi gahee ol’aanaa
taphata . Lammiiwwan keenya hedduun caraa barnootaa osoo hin argatiin
baroota hedduu lakkoofsiseera . Yeroo ammaa kana garuu carraa mootummaan
keenya mootummaan misoomawaa diriirseetti fayyadamuun lammiiwwan keenya
hedduun carraa barnootaa argachuu danda ‘aniiru .Carraa motummaan abbootii
qabeenyaa manneen barnotaa dhuunfaniif kennetti fayyadamuun manni
barumsaa keenya lammiiwwaniif carraa barnotaa qulqullina qabu lammiiwwaniif
kennuuf barattoota boru biyyittii geeddaruu danda ‘an oomishuu irratti argama.
Kanumaafis karoora waggaa sadii kana qopheesseera.
Kutaa I
Moggaasa mana barumsichaa

1.1 Haala naannoo mana barumsichaa (school environment)


moggaasni mana barumsichaa mana barumsaa Veenus Akkaadamii sadarka tokkoffaa jedhama .
1.1.1 Kallattii/ argama mana barumsichaa
manni barumsichaa kan argamu bulchiinsa magaalaa finfinneerraa gara dhihaatti fageenya
liloomeetiraa 2.5 irratti bulchiinsa magaalaa
Buraayyuutti gana lakkuu kuullee keessatti bulchiinsa magaalaa Buraayyuurraaa fageenya
kiiloomeetira 4 irratti argama .manni barumsiichaa kan hojii eegala A-L-I bara 2002 ttidha
1.1.2 Baldhina lafaa
Manni barumsichaa tajaajila inni kennu karee 870 keessattidha
1.2.3 Daangeffama
Manni barumsichaa ganda lakkuu kuullee daandii koobil istooniirra daandii guddaa finfinnee
gara Amboo deemu naannoo kiiloomeetira 1.5 gara keessaatti seenuun ykn daandii gara
Bataskaana Mikaa’el geessurratti argama
1.2.4 Haala hawaalichaa fi madda galii
Hawaasni naanoo mana barumsaa keenyatti argaman gariin hojjettoota mootumnaa (civil
servant ) daladaltootaa fi hojiiwwan garaagaraarratti bobaaa’anii kan argamanidha Ta’us manni
barumsichaa kan of gaggeessuu bajata ofii manni barumsichaa barattota isaarraa argatuunidhaa

1.1.5 Aadaa fi Afaan

hawaashi naannawaa mana barumsaa keenya jiraatu afaan garaagaraa kan dubbatu yoo ta’u
afaan naannicaatti dubbatamu Afaan Oromo Afaan amaaraa ‘afaan Couraagee.fi kan kana
fakkaatanidha .Manni barumsaa keenya barnoota kan kennu Afaan Amaaraaatiin yoo ta’u Afaan
oromoo immoo akka afaan tokkotti kennama

2. Fayyadamtoota (hirmaattootaa) (ባልርሻ አካላት)

2.1 Barsiisota

-adeemis baruu barsiiuu barsiisota malee galma ga’uu hin danda ‘u hojii qulqullina barnootaa eegsiuu keessattis ta’ee
PMaB hojiirraa oolchuuf gahee barsiisonni qaban ol’aanaadha .kanaafuu barsiisonni ogummaa isaanii yeroo gara
yerooti fooyyessuun gahumsa barattootaa cimsuuf diqama lammummaa qaba .

2.2 barattoota

Barattoonni haala gaariin baratanii ofiifis ta’ee matii isaaniif akkasumas biyya isaanii misoomsuu akka danda ‘aniif
barnooota qulqullina qabu lammii hundaaf kennudha .

barattonnii mana barumsaa keenyaas gahee isaanii sirriitti akka bahaniifi of danda ‘aniif gahumsaa akkasuma
amalagaariin akka guddatanif manni barumsaa keenya gahee isarraa barbaachisu hunda nib aka .Bahaas jira
2.3 Koree Boordii mana Barumsaa fi leenjii gandaa

-koreen kun qlqullina barnootaarratti gahee ol’aanaa kan qabu yoo ta’u karoora baasee mana barumsaa keenyarratti
hojjechaa jira

2.4 Gamtaa maatii9 bariisotaa Gmb)

-Barumsi gahaa ta’eefi qulqullina qabu lammii hundaaf kennuufis ta’ee mana barumsichaa keessatti koreen naamusaa
akka mirkanaa’uufkn akka hojiirra ooluuf gamtaan matii barsiisotaa yeroo hundaa’ee jalqabee karoora
qopheeffateen kan isarraa barbaa barbaachisu hundaa raawwachaa jira

2.5 Gahee Maatii


Maatiin barattoota keenyaa daa’ima gara mana barumsaatti erguu qofa osoo hin taaane hojii isaan hojjetan to’achuu
fi hordofuu akkasumas jijjiirama amalaa isaanirratti mul’atu hordfuun duub-deebii (fed back) nuu kennuun
dirqamadha.

2.6 .Garee fooyyessitoota Mana barnootaa

Gareen kun haala kenninsa barnootaa hordofuun qulqllinni barnootaa akka fooyya’uuf garee gahee ol’aanaa
taphatudha .Tajaajilli mana barumsichaa akka babaldhatuu fi qulqullinaan dhiyaatu garee godhudhas.

2.7. Koree garee deegarsa kennitootaa

Koreen kun adeemsa baruu barsiisuu keessatti mul’ata mana barumsichaa gara raawwiitti kan geeddaru hordoffii
keessaa gochuun garee deeggrsa ogummaa kennudha . Waggaatti yeroo lama kan gaggeeffamu rakkoo baruu
barsiisuu ittiin fooyyeffamu ykn furamudhas .

3.Qabiyyee karoora waggaa kanaa.

3.1 Mulata

Lammii amala qabeessa Oomishu Odeeffannoo ammayaatti fayyadamuun lammiiwwan saayinsii fi teeknooloogii
fayyadamuu tagiaajila saffiisaa dhaloota kennuu danda’u oomishamee arguu

3.2 kaayyoo

-barumsa qulqullu=ina qabu lammii hundaaf kennuu

- daa’ima umuriin isaanii barnootaaf qahe gara mana barumsaa dhufanii akke baratan gochuu.

3.3 duudhaa

-tajaajila saffisaa kennuu

-kaka’ umsaaniifi saffisaan tajaajila kennuu

-itti gaafatamummaaniifi qindoominaan hojjechuu

-iftoominaan hojjechuu

Kutaa II
2.1 Raawwii karoorichaa

Dadhbbiiwwan (rakkinoota) bara 2009 hojiirrattimul’atan

-karoorii karoofame guutummaan guutuutti hojiitti jijjiramuu dhabuu

-adeemsa baruu barsiiuu keessati rakkoowwan muu’atan

Hatattanaan dhabamsiisuu dhiisuu

-matti beekumsa mana barumsaa hin qabne fbeekumsa hubannoo cimsu laaachuu dhabuu

-paakeejiin fooyya insa ququllina barnootaa guutummaaguututti hojiitti hiikamuu dhabuu Muummeewwan
(ippartimantii wwaan ) hundi haala wal fakkaataan gara hojiitti galuu dhabuu .

-kilabiiwwan hundaa’an hundi karoora isaanii gara hojiitti kiikuu dhiisuu fikkfdha

2.2 karoora simaanaa barattootaa kan bara 2010


T.I Kutaa Karoora Raawwii
Dhi dha waliigala Dhi dha waliigala

1 KG -1 16 14 30 11 7 18
2 KG -2 15 15 30 11 5 16

3 KG-3 15 15 30 7 6 13
4 1ffaa 20 20 40 12 10 22

5 2ffaa 20 20 40 8 4 12

6 3ffaa 19 21 40 12 6 18
ffaa
7 4 17 23 40 5 7 12
8 1-4 76 84 160 37 27 64

9 5ffaa 16 14 30 9 7 16

10 6ffaa 10 10 20 3 2 5

11 7ffaa 3 7 10 2 1 3

12 5-7 29 31 60 14 10 24

13 1-7 105 115 220 51 37 88


Barattoota irra deebian 98 % gadi buusuuf kan karoorfame yoo ta’u raa wwiin 100 % dha

Kutaa III
3.1 Ka’umsa karoora hojii bara 2010 `

Karoora barnootaa bara 2010 baasuuf raawwiifi karoora bara 2009 ilaaluun barbaachisaadha .kunis
hojiiwwan karoorfamanii hin raawwanneefi kaaroorfamanii raawwiitti jijiraman addabaasuuf nama
garaara
3.2 Kaayyoo karoorichaa
-dhiyeessa banoota qulqllinaan guddisuun gahumsa barattotaa dabaluu
3,4 gllam gahinsa
-barumsa qulqullina qabu dhiyeessuun lammii amalaa fi gahumsa qabu oomishuu
3.5 Kallattii raawwii
Rayyaa misoomaa barattoota jabrrssuu barnoota hundaan jijjiirama daballii qabxii taasisuu
3.6 Gamacarraaa barnotaa babaldhisuun (krora bara 2009 fi 2010 wal cina qabuun )

T.I Kutaa Karoora Raawwii


Dhi dha waliigala Dhi dha waliigala
1
2
3
4
Ida’am

3.7 Fooyyainsa Gahumsa barnootaa


Gahumsa barnootaa jechuun irradeeebii barattootaa hir isuu jechuudha
T.I Kutaa Irradeeii barattootae raawwii Karoora bara
kamoorabara 2009 2010
1
2
3
4
Ida
’a

3.8 reeshoo (hira ) barataa kitaabaatti

Gasa barnootaa
Kutaa Aloromoo A/armaaraa A/ingiliffaa Herregaa s/naannnoo Kitaataa Raawwii
walagunnami ituu
maatii (communiatio
book
1
2
3
4

3.9 hira (reeshoo)barsiisaa gara barataatti daree barnootaa fi baratootaa.

Kutaa Reeshoo barataagara barsiisaatti Hira barataa gara Dareebarnootaatti


1 Karroorabara 2009 Raawwii bara 2009 Karooro bara 2010 Raawwii bara 2010
2
3
4
-hira kitaaba barataa gara barataatti kan bara 2009 1:1 kan Ture yoo ta’u bara 2010 ttigara 1:40 tti
guddisuu
-hirri barsiisaa gara barataatti bara 2009 2:32 kan true bara 2010 gara 2:40 tti guddisuu
kutaa karoora paakeejii mirkaneeffannaa qulqullina barnootaa
4.1 Karoora fooyyaiinsa mana bamoota
-Karoorri koree fooyyainsa mana barnootaa haala karoorfameen akka socho’u taasisuu (gochuu)
-doomeewwan arfan mana barnootaa haala karoorfameen akka socho’u taasiuu (gochuu)
-barattoota barumsaan duubatti hafoo ta’aniifi fedhii addaa gara qabu akkasumas barattota dubaraaf
barnoota dabalaaataa (tutorial)kennuufi
-bulchiinsa barnootaa jabeessuu

-madaallii barattoota qajeelfamaan akka hojiirraoolu gochuu


-poortifooliyoo barattootaa qindeessuu

4.2 karoora misooma barsiisotaa

-sagantaa leejiiwwanii fi muuxannoo wal jiiiiirraa gaggeessuu

-odeeffannoo poorti fooliyoo barsiisotaa cimsuu

-raawwii hojii barsiisotaa yeroon gaggeessuu.

-qo’annoo fi qorannoo rakkoo garagaraa furu mana barumsichaa keessatti gaggeessuu

-sagantaa walitti fufinsa fooyya’insa ogummaa barsiisotaa hojiirra oolchuu

4.3 sagantaa fooyya’insa ‘sirnabarnootaa waliigalaa oolchuu

-kitaabilee barnootaa yeroon barattoota bira akka gahuf

Gochuu fi kitaabilee barnootaa sanarratti madaallii gaggeessuu

4.4 sagantaa barnoota lammummaa fiamala gaarii

-sirni kabaja alaabaa akka taasifamu gachuu

-paar laamaa baratootaa mana barumsichaa keessa akka jiraatu mirkaneessuu.

-koree amala gaari mana barumsaa keessatti hundeessuu

4.5 Sagantaa tajiaajila teeknooloojii odeeffannoo (ict)

-sagantaa barnoota raadiyoo hojiiraa oolchuu

-odeeffannoowwan garagaraa qindeessuun haalaa ammayyaa waa ta’een qabachuu (kompiteraan


dabalatee)

4.6 sagantaa qindoomina fooyya’insa hooggansa barnootaa

-dandeettii raawwattummaa leenjiin jajjabeersuu


-garee raayyaa barattoootaa jajjabeessuu
-mana barunisichaa keessatti koreewwan garagaraa waliin koree sagantaa fooyya’ insa barnootaa waliin fi .Gamtaa
mattii barsiisotaa waliinleenjee hubabboo Cimsuun akka dandeettiin raawwachii summaa isaanii cimu gochuu.
-bulchinsi gaarii mana baumchaa keessatti akka diriiru gichu
KutaaI
mata dureewwan leenjii kan bara 2010
T.I Mataduree Yerooleen Baay’ina Baasii barbaachisu Bakkaraawwii
leenjicha jichi
fudhatu Dhi Dha Walitti Qars Saantima
hii
1 Sagantaafooyya’in Sa’aatii 6 1 4 5 500 M/b
sa ogummaa
Walitti fufinsa
barsiisotaa (cpd )
2 Leenjii Sa’aatii I 1 4 5 200 M/b
muuxannoo
waljijjiiruu
3 Qophii Sa’aatii3 - - - - - -
faffaa’insa
qormaataa
(tableof
spcifcation
4 Sagantaa Sa’aatii I 1 4 5 400 M/b
paakeejii
qulqullina
barnootaa
5 Sagantaa SA’aatii3 1 4 5 200 M/b
paakeejii
qulqullina
batnootaa
6 Leenjiigareeraa Daaqiiqaa 1 4 5 200 M/b
yyaa bara 30
ttootaa
7 Mirgaa fi Daaqiiqaa 200 M/b
dirgama 30
barsiisaa
8 Sagantaa qophii Sa’aatii 3 1 4 5 600 M/b
karoora
barnoota
fiamala
ogummaa

Kutaa VI haala sochii faayinaansii


Haalli sochii faayinaansii mana barumsaa keenyaa haala qajee lfamaa fi dambii hordofuun kan
raawwatanuu haala armaan gasiitii tareeffamesha
6.1 galiiwwan ma na barumsichaa

T.I Madda jgalii Tilmaama bara 2009


1 Kanfaltii barattoo tarraa argamu Birrii Saantimaa
408,000
2 Gaalii keessoo -
3 Gargaarsaan -
4 Hirmaannaa maatiirraaa -

6.2 baasiiwwan m/barumsichaa


I. baasiiwwan Karoora baasii bara 2009
Miindaa hojjettoota bulchiinsaa 72000
Miindaa hojjettoota buchiinsaa 86000
Bitta meeshaalee barnootaaf 5000
Hojii gaggeessttiif 7000
Kiraa manaaf 10,000
Bittaa meeshaalee dhaabbataaf 180,000
Ij aarsa dandeettiif 5000
-dorgommii 5000
-gaaffii fideebiif 5000
-jajjabina barattootaafi barsiisotaaf 3000
-leenjii barsiisotaaf
Haaromsaaf liaarsaaf 4000
Iaa’ama 1,368,500

6.3 adeemsa hojii keessatti rakkoowwan ijoo mudachuu danda ‘an


-hanqina bajataa
-hanqina kitaaba barataa
-brsiisaa ogummichaan leenjii’e gabaa irraa dhabuu
6.4 yadda furmaataa (recommendation ).
-bajata qabnuun hojiiwwan dursikennamuufi qabuufdursa kennuu
-kitaaba barnootaa argame haala mijeesuun harka barataa akka galu gochuu
-barsiisota appilaayidiin eebbifamaniif leenjiigahaa kennuun hojiitti seensisuu
6.5 hordoffi fi madaalli
-atteendaasii baratootaa fi barsiisotaa qopheessuun hordofi taasiauu
-chekliistii qopheessuun barsiisotaaf kennuu
-suupper viizhinii keessoo gaggeessuu
-gabaasa raawwii ilaaluuf dhiyeessuu /gabaasuu
-madaallii raawwii karooraa gaggeesuu

You might also like