You are on page 1of 31

KAROORAA MANA

BARUMSAA
OOLMAA DAA’IMMANNII
KIDAANAMIRAAT
AKKAADAMMII
KAN BARA 2010

1
Seensa
Barumsii biyyaa tokkoof bu’uuraa fi bakka bu’umsaa kan hin qabnee
ta’uu f gahee guddaa kan qabudha Kanaafuu mani barumisa Akkadammii
Oolmaa Daa’immaa kidaanamiirat ergamaa mul'ataa fi galamawwan
naannoo fi fedhii hawaasaa giddugaleessa godhachuun raawwachaa turee
jira. Biyyaa teenyaa Itiyoophiyaa akka biyya tokkoottii toorii guddinaa
filaatee keessatti barumsaan alaattii dandiin itti milkaa’aan filaanoo biraa
kan hin qabnee ta’uu itti walgalamee jira . Maniiwwan akka biyyaatti irra
gahuuf waliigalame akkasumas toora xiyyeeffannaa galmawwan misooma
fufiinsa qabuu keessatti eeraman ka'umsa godhatee akka qophaa'u ta'ee
jira.Walumaagala, mul'ata biyyi keenya hawaasa dinagdee lammii
fooyessuuf qabdu dhugoomsuuf bu'uura akka buusuutti manii hiixataa
waan of-keessaa qabuuf kutannoo m/b fi dhimamttoota maraa kan gaafatu
ta'a.Waan kana ta’eef galmawwan, toora xiyyeefannoo, tarsiimoo fi kallattii
kaa’aman giddugaleessa godhachuun hundaa’ol kutannoo fi gahumsaan
humna raawwachisummaa dhimma kana galmaan gahu horachuun,
baajata haala barbaadamu ramaduun, hawaasa hirmaachisuun dhimma
xiyyeefannaan kennameefii dha.Kanaafis, raayyaa misooma barnootaa
ijaaruu, gurmeessuu, qindeessuu galmawwan kallattii kaa’ameen iftoomina
uumuun rakkoo raawwii, gurmaa’insa, ciicata, dandeettii fi ilaalchaan
hudhaa ta’an furuuf sosochii dhimmamtoota hunda waliin taasiisuun
barbaachisaa dha.

PMQB akka biyyaattii raawwaatamuu Imaammaata bu’uraa godhachun


mana barumsa Kidaanamirat Barreefamni kun boqonnaawwan lama kan
qabu yoo ta’u; boqonnaan duraa xiinxala raawwii bara darbe gaggeefamee
fi boqonnaan lammaffaa karoora waggaa bara 2010 of keessatti qabata.

2
Boqonnaa I

1. Haala Waliigala ka’umsaa mana barumisaa

1.1. Sakatta'insa hojii mana barumisaa keenyaa.

1.1.1. Sakatta'insa Mana Hojii


Mana barumisaa oolmaa daa’imaan Kidaanaamirat naannoo
Oromiyaa GAONF bulchiinsa magaalaa Sandaafaa bakkee gandaa 03
gooxii 6 keessaattii kan argamudha. Oolmaa daa’imaan Kidaanaamirat
kan hundeeffamee hojjii eegalee bara 2007.M/Barumsaaa qulqullinaa
barnootaa eegsisuuf koree addaa addaa hundeessuun akkaasumaasii
karooraa adda addaa bafachuun qulqullina barnootaa eegsisuuf itti
deema jira .

Daree barnootaa keessaattii bara 2009 hiri daree gara barataa 1:38 kan
turee bara 2010ttii hirii daree garaa barataattii 1:32 akka gadii bu’uu
gochuu dha.

Waligaala m/barumsaa yeroo ammaattii human nama qabu ilaalchisee


barsisootaa shan (5) fi barsiisota lama (2) deegartootaa qabate kan jirudha.

3
Barbaachisummaa karooricha
Akkumaa waligalaattii barumsi gara fuula duraattii gama
hawaasumaa,dinaagdee fi siyaasa jijjiraama dhufu bu’uurii barumsii
murteesaa dha .ka’uma kan godhachun biyyii keenyaa imaamman
bocatee itti deema jirtuu fi karooraa Tiraanisifoormeeshiin KGT 2
keessaatti lammii barataa horachuuf bu’uura kan ta’eedha

Lammii ga’umsa fi dandeettii gaha qabu yoo hin horatamnee guddinaa


ariifachisaa fi saffisa barbaadamuu irraa gahamu hin danda’amu .

Kanaafuu kutaalee barnootaa hundaa keessaattii RMB ijaaruu fi


dhimaamitaa barnootaa hundaa waliin ta’uu sochii hawaasa dabaluun
PMQB arnoota mirkanneessuudha akka dandeenyuu gochuuf

 M/Barumsaa hawaata gochuu


 Haawasnii m/barumsicha abbumaan akka hoggaanaan fi itti
dhagahamuu gochu
 Barsiisonni leenjii waliin waliin cimsuun muxannoo wal-irraa
fudhachuu fi waljijjiiruu
 Kakka’umsaa fi fedhii cimaa barattotaa keessaattii akka dagaaguu
gochuu
 Wayitii barnoota akka hin mancaanee ,irraa deebii,fi harcaatii barataa
lakkoofsii hirisuun barataa kalaqaa fi waa humu danda’uu horachuu
dha

4
Kaayyoo (Objectives)
 Lammii naamusaa gaarii qabu fi dandeettiin badhaadhee
gahumsa qaban biyyaa ofii jaalatan dhaaluu danda’an fi
waa humuu danda’an horachu dha
 Naannoo mana barumsaa hawaataa fi mijaata gochuun
qabxii barataa fooyyeessuu.

Karoorichaa raawwachuuf tooftaalee rawwatamuu qabu


 Hojiilee mana barnootaa keessattii raawwaataman hirmaanaa
haawasattiin kan deegaramee ta’u qaba
 Mana barnootaa keessaa ijaarsaa jiraan(GMB) cimsuun fi gahee
isaan akka bahan gochuu
 Qaaama dhimaamtootaa barnootaa gaha ta’ee humuun isaan akka
gahee isaan bahan gochuu
 M/Barnootaa keenyaa keessaatti humnaa nama ,leeccaloo fi qarshii
seeran itti fayyadamu

1.2. Ergamaa fi Mul'ata

i. Ergama(mission)
 PMQB Sagantaa jahan hojii irraa oolchuu
 Mani barumisaa Oolmaa Daa’immaan Akkaadammii Kidaanaamirat
humna namaa fi leecalloo barbaachisaa ta’e guutuun carraa
barnootaa, walgitiinsi, qulqullinnii fi ga’umsii isaa mirkanaa’e
babal’isuu fi qorannoo fi qo’annoo irratti hundaa’uun aadaa, seenaa fi
afaan Oromoo dagaagsuu akkasumas dhaabbilee barnootaa
keessatti aadaan dimookraasii fi bulchiisni gaariin akka babal’atu
godha.

5
ii. Mul'ata(vision)
Bara 2012 Lammii baratee amala gaarii fi ga’umsa qabu akkasumas
duudhaalee dimookiraasii, misoomaa fi bulchiinsa gaarii gonfatee, daandii
haaromsaa jalqabame itti fufsiisuun biyya keenya sadarkaa biyyoota galii
giddu-galeessaa irraan ga’uu danda’u horatamee arguu.

iii. Sonawwan(value)
Sagantaa misooma m/b keenyaa galmaan gahuuf, sonaawan armaan gadii
gonfachuun irraa eegama.
 Ittigaafatamummaa
 Kutannoo
 Hirmaachisummaa
 Ga’umsaa fi bu’a qabeessummaa
 Qulqullina
 Fakkeenyummaa
 Iftoomina
 Haqummaa
 Olaantummaa seeraa kabajuu
 Saayinsii fi kalaqa jajjabeessu.

1.1.3. Ka'umsaa fi Kallatti Karoorichaa

i. Ka'umsa Karoorichaa
 Mul'ata akka biyyaa fi naannoo Oromiyaatti jiru
 Imaammata barnootaa fi leenjii biyya keenyaa
 Paakeejjii mirkaneeffannaa qulqullina barnootaa hojrra oolaa

6
2. Xiinxala Haalawwanii

2.1. Hojiiwwan Ijoo

2.1.1. Humna Raawwachisummaa

i. Haala Hoggansaa
korewwaan sadarkaa sadarkaan jiru RMB qindeessuun PMQB
gahuumsaan galmaan gahuuf calqabbiin gaarii irra jira. Haa ta'u malee
rakkoolee ilaalchaa,dandeetti fi dhiheessi m/b walqabatuun iddoo hundatti
haala walfakkaatuun sadarkaa barbaadamuun hikkachuu hin dandeenye.
kutannoon hojjachuu irratti ammasi darbee darbee hanqinni ni mul’ata.

ii. Haala Barsiisaa


Barsiisoonni M/Barumsaa bara kan eegaluu irraa kan ka’ee istaandardii
kan hin gune ta’uu isaa Barsiisonni PMQB hojii irraa olchuun
muuxannoowwan gaggarii babal’suun qulqullina barnoota mirkaneessu
keessatti shoora ol’aana akka taphatan ni beekama. Gama kanaan bara
darbee keessa hojii ilaalcha jijiiruu fi hubannoo uumuu hojeetamaa tureen
fooya’insi dhufaa waan jiruuf barsiisoonni qulqullina barnootaa
mirkaneessuuf gahee isaan irraa eegamu bahuu calqabaniiru. Haata’uu
malee, rakkoolee hudhaalee sadeen hojiirra oolmaa PMQBtiif gufuu ta’an
keessaa guutummaatti hin baane waan ta;eef darbee darbee harcaatiin
nimul’ata.

iii. Haala Barataa


Barattoonnii M/B kidaanamiraat sad.1ffaa bara kan xiqqeenyaa yaa
qabataniyuu maleeBarattoonni bu’aa PMQB irra argamu hunda caala
fayyadamtoota akka ta’an ni beekama. Dhimma kana hubachuu fi garee
misoomaa fi tokko shaneen qidaa’anii karoora baafachuun qabxii ofii
fooyyeeffachuu, naamusa barataa hordoofuu fi sirreessuu, mana barnootaa

7
hawwataa gochuu keessatti hirmaannaan taasifamaa jiru kan nama
jajjabeessuudha.

iv. Haala Hawaasaa


Hawaasni Bulichinsaa Magalaa Sandaafaa Bakkee Gandaa 03 Gooxii 1,2
fi3 keessaa jiran fedhii fi kakka’uumsaa isaan qaban M/B naannoo
isaanittii akka banamuuf PMQB galmaan gahuudhaaf hubannoo bal’aa
qabaatee abbummaadhaan hojjiirra oolchuun irraa
eegama.raawwaachaasii jiru

2.2. Qaacceessa Hojiiwwan Gurguddoo Bara 2009

2.2.1. Carraa Barnootaa Walgitinsa Qabu Babal'isuu (Access and


Equity)

2.2.1.2. Hirmannaa Barattootaa

Sadarkaa 1ffaa(KG.1-KG.3)

Kutaa
Karooraa bara 2010
Dhi Dub Ida.

KG.1 13 17 30

KG.2 20 15 35

8
KG.3 12 21 33

KG.1-3 45 53 98

2.2.3.Qulqullinaa Barnootaa Mirkaneessuu (Quality)

2.2.3.1. Paakeejjii Mirkaneeffannaa Qulqullina Barnootaa

i. Sagantaa Hoggansaa fi Gurmaa'ina Barnoota


A.Mana barnootaa keessaattii gurmaa’inaa fi hoggaansaa ijaarsii isaa
akka xumuramuu gochuu
B.Istiraateejjii eergama ,mul’ataafi galma barbaadamuumilkeessuu
C.M/B arnootaa keessaattii karooraa Istiraateejii ykn karooraa
hirmaachisaa abbaa dhimma ilaaluu waliin raawwachuu
D.Hordooffii fi too’annaa karooraa bahe hundarattii gochun
gamagamaa gaggeessuun cimsuu .
Mana barumsaa oolmaa daa’immaan kidaanaamiraat ijaarsii
hojjeettootaa akka armaan gadii kana ta’aa

T/L Sadarkaa kutaaleen saala Sadarkaa Baay’inna


barumsaa
1 KG.1 barsiisaa (ttuu) Du T.T.I 1
2 KG.1 barsiistuu gargaartuu Du Kutaa 12 1
xumurtee
muxannoo
qabduudha
3 KG.2 barsiisaa (ttuu) Du T.T.I 1
4 KG.2 barsiistuu gargaartuu Du Kutaa 12 1
xumurtee
muxannoo
qabduudha
5 KG.3 barsiisaa (ttuu) Du T.T.I 1

9
KG.3 barsiistuu gargaartuu Du Kutaa 12 1
xumurtee
muxannoo
qabduudha
D/Bu’aa m/b Du Diplooma 1
Qulqulleessituu Du Kutaa 8
Ida’ama

IJAARSAA

DURA BU’AA

KG.1 Barsiistuu +
Barsiistuu Gargartuu

KG.1 Barsiistuu +
Barsiistuu Gargartuu

KG.1 Barsiistuu +
Barsiistuu Gargartuu

Qulqulleessituu

Waardiyaa fi

10
Fakkii .1 Caasaa humnaa nama

Kanfaaltii barattootaa yeroon akka kanfalamuu taasisaan

ii. Sagantaa Fooyya'insa Mana barumisaa


 Barattootaa deegarsa fi hordooffii cimsuun barreessuu fi dubbisuu
barattootaa cimsu.
 Dhiheessii barnootaa qabatama ,dhugaa fi hawwataa ,si’ataa
taasiisuu irratti hojjeechuu
 Barsiisotnni barnoota barsiisan karoorsuu fi qophii gahaa ta'e irratti
gochuun akka dhiheessan taasisuu,deeggarsa kennuu
 Fooyya’insa firii barnoota fi gahumsa barnootaatiif dhimma
xiyyeeffannaan itti kennamu ta’ee raawwatamuu
 Madaallii walitti fufaa qabiyyee, sadarkaa,kutaa ,umrii baattootaa
isaanii waliin walsimu yeroo yerootti gaggeessuu
 Barattootaaf keessumaayyuu barattoota shamaraa fi saffisa
barachuu gadi aanaa qabaniif qabxiin isaanii akka fooyya'u taasisuu
 Barattotni ,barsiisotnii fi hawaasni naannoo hundi fooyya'insa mana
barumsaa hirmaannaa hiikkaa qabu akka godhan bifa ittifufinsa
qabuun adda durummaan qindeessuu
Hira barataa dareetiin mani barumisaa Akkaadammii Oolmaa
Daa’immaan KIDAANAMIRAAT haala karooraa fi raawwiin istaandaarditiin
galma gahinsa ol'aanaa agarsiisaa..

Ciminnootaa
 Dareewwaan barnootaa suphuuf haaroofama turee jiraa
 Mana fincaan barsiisaa fi barataaf mijaata godhamu isaa
 Bishaan gaha ta’ee barsiisaa fi barataa dhiyeessaame
 Raabsaa kitaaba barataa 1:1 wal gahee jiraa
 Xiyyeefanaan motummaan kennen bu'ureefachuun hojii mataa
diririsuu .

11
Hanqinnoota
 Dalla m/b dhiphaa turu isaa
 Barsiisotaa KG leenji’aan bahanbifaa barbaadameen argachuu
dhabuu .
 Barsiisotaa istaandaarritiin gutaan qaccaramuu dhabuu.
 Ijaarsa daree barnootaa gaggeessuu fi tajaajilaaf oolchuu kan hafuu
ta’uu isaa
 Manneen barnootaa dirree ispoortii gaha ta’ee dhabamuu, dhiphina
daangaa
 Rakkoo daangaa mana barnootaa namootni dhuunfaa dallaa mana
barnootaa keessa jiraachuu
 Manneen barnootaa kaartaa qabeenyaa dhabuu

Ciminaa turee
Marii qabxii barattootaa irraatti maatii barattootaa waliin gaggeeffamee jira

Dhimaa kanfaltii barattootaa irraattii ifaatii walii galamee jiraa

Barattoota isaan dhiyeenyaan hordooffii fi deegarsaa cimaa godhaanif


jiruu

Hanqinaa mul’atee

Barattotaa mana barumsaattii fidan harkaa qalleeyyii ta’uun kanfaltii ji’aa


yeroon kanfaluu dhabuu

12
iii. Sagantaa Misooma Barsiisotaa
Fedhii fi sadarkaa barnootaa barsiisotaa m/b keessatti qabnu guutuuf
hojiiwwan adda addaa KGT 2 fi bara barnoota 2009 A.L.I raawwatamaa
tureen istaandaardii barbaadamu fooyya'ee jira. Jechuu hin dandeenyuu
Haaluma kanaan bara barnoota 2010 A.L.Itti

iv. Sagantaa Fooyya'insa Sirna Barnootaa

Sagantaa kanaan qajeelcha barsiisaa, silabasootaa fi kitaabilee barnootaa


sadarkaa tokkooffaa haala qabataamaa wajjin walsiman(Relevant) ta'ani fi
qulqullina qaban qophaa'an harka barattootaa yeroodhaan akka gahu
taasisuu kaayyoo guddicha godhaannee socho'aa turre.

Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Kitaabni barattootaa KG.1-KG.3 maxxanfamee akka raabsamu
ta'ee jira
 Bulchiinsi fi sirni too'annoo kitaaba barattootaa hanga daree
barnootatti akka keessumeeffamu ta'e

Bu'aa argame:
 Tajaajila si'ataan akka kennamu ta'a, bulchiinsi gaarii fooyya'e
 Qulqullina barnootaa mirkaneessuu

v. Sagantaa Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii

Hojiiwwan Hojjeetaman:

13
 Qulqullibaa barattootaa irrattii torbee kessaattii al lama
barumsii ni kennama
 Guyyaan ayyaana sabaa fi sablammootaa, alaabaa
biyyoolessaa bara baraan kabajame
 Mirgaa fi diqama barattootaa beeksifam

Bu'aa argame:

 Nageenyi fi tasgabbiin m/b keessatti mirkanaa'ee


 Lammiin ilaalcha dimookiraasii qabu akka horatamu ta'e

vi. Sagantaa Babal'ina Tajaajila Qunnamitii Odeeffannoo Barnootaa

Bara karooraa KGT keesatti dhiyeessii fi hojimaata 'ICT' fooyyessuu,


haaromsuu fi babal’isuun giddugaleessa qabiinsaa fi kuufama ragaalee
hundeessuu akkasumas barnoota teeknooloojii ammayyaan deggerame
babal’isuu dhaan barattoota dandeettii gahaa horatanii misooma biyyaa
keessatti gahee ofii ba'uu danda'an horachuuf karoorfamee hojjetamaa
tureera.

2.2.3.2.Gahumsa BarnootaaFooyyeessuu (Efficiency)


Gahumsi keessoo barnootaa dhimmoota adda addaatiin ciicataa hanga
bu'aa kan ittin madaalammuudha.

Bu'uruma kanaatiin gahumsi barnootaa kan ittin madaalam keessaa haftee,


harcaatii, irradeebii, , fi firii barnoota barattootaati

Yaada Furmaataa
Raayyaa misooma barnoota keenyaa cimsuun, korewwaan sadarkaa
sadarkaan jiru hojii ilaalcha jijjiiru hojjachuu rakinaalee bara 2009 keessatti
mul’atan dhabmsiisuun barbaachiisa fi murteessa ta’a.

14
1.10. Xiinxala Haala Keessaa fi Alaa (SWOT, Internal and
External Situational Analysis)
Lammii baratee dandeetttii fi gahumsa qabu akkasumas amala gaarii fi
jaalala biyyaa qabuu fi humna misoomaa fi sirna ijaarsa dimookiraasii ta’e
uumuu; akkasumas biyya teenya biyyoota galii giddugaleessa qabaniitti
makuu bira darbee kan durooman biraan gahuun barbaachisaa dha. Haala
raawwii hojii bara2009 A.L.I ilaalchisee xiinxala haala qabatamaa keessaa
fi alaa m/b maal akka fakkaatu fi hubachuuf akkasumas dhimmoolee
tarsiimoo hojiirra ooluu danda’an addaan baafachuudhaaf waan ta’eef,
gama tokkoon ciminaa fi dadhabina (strength and weakness) m/b qabuu fi
sodaalee (Threats) mudachuu danda’an addaa baasuun xiinxaaluudha.
Haaluma kanaan, m/b Akkadammii Oolmaa Daa’immaan kidaanamiraat
ragaalee haalawwan qabatamaa keessaa fi alaa m/b ibsu maamiltoota
alaa fi keessaa walitti qabuudhaan xiinxala haala qabatamaa keessaa fi
alaa gad-fageenyaan taasifameera..
Ciminaa ijoo
1. Dareewwaan barnootaa haawaataa fi baareeddaa tasifameera
2.Mana fincaanii oolmaa daa’immaan haaromsameera
3.Barsiisaan tokkoo fi gargaaraan tokkoo qacarameera
4.koree GMB mana barnootaa filaatameera
5. Hojii madaaluuf .Ji’aa Ji’aan wal-gahii barsiisotaa ni
gaggeeffama
6.Gammagaama hojii seemisteeraa 1ffaa bifa hoo’aa ta’een
gaggeeffameera
7. Nageenyaa fi taasgabii M/B keessaa jiruu gaarii ta’uu

Hanqinaa ijoo

15
1. Gabaasa ji’aa fi Kurmaanaa yeroon qaama qaqqabuu biraa
dhaqabsiisuu dhabu
2. Bal’innii Mooraa mana barumsaa baay’ee dhiphaa ta’uu
3. Barsiisootaa Istaandaardii guutaan dhabamuu gabaa irraa

Yaada Furmaataa
Raayyaa misooma barnoota keenyaa cimsuun, korewwaan
sadarkaa sadarkaan jiru hojii ilaalcha jijjiiru hojjachuu rakinaalee
bara 2009 keessatti mul’atan dhabmsiisuun barbaachiisa fi
murteessa ta’a.

Boqonnaa II: Karoora Barnootaa Bara 2010 A.L.I

1. Haala Waliigalaa

1.1. Kaayyoo Waliigalaa


Guddina biyyi teenya galmeessiuun biyyoota galii giddugaleessa qabanatti
makamuuf karoorfate milkeessuf m/bAkkadaammii Oolmaa Daa’immaan
kidaanamiraat iddoo ol'aanaa qaba.. m/b kunbarnoota walgitiinsaa fi
qulqullinni isaa mirkanaa’e babal’isuudhaan lammii guddina biyyaa
keessatti shoora isaa taphachuuf gahumsaa fi ofitti amantaa gonfate
horachuun dhimma murteessaadha.

1.2. Kallattii Karooraa


.
 Humna nama sadarkaa ol’aanaa fi gidddu galeessatti leenji’ee guddina
dinagdee biyyattiif gumaachuu danada’u horachuuf haala istaandaardii
biyyoota galii giddu galeessaa qabaniin barnoota waliigalaa (General

16
education) qulqullinnisaa eegame (KG.1-KG.3) lammii hundaan
gahuu.
 Hojiiwwan barnootaa hunda ilaalchaawwan faallaa kaayyoo keenyaa
ta’an: kiraa sasabudmmaa, dhiphummaa, ofittummaa fi kkf
sakatta’uudhaan karaa dhabamsiisuu dandeenyuun deemuu. .

Raawwii karoora barnootaa keessatti barataan fi maatiin barattootaa


fayyadamoo akka ta’an keessattuu ,shamarran xiyyeeffannoo adda
haala itti argachuu danda’aniin hojjechuu.

 Qajeelfamoota kabajuu fi kabachiisuun dirqama qaama hundaa akka


ta’etti 1.3.Toora Xiyyeefannaa Barnootaa

1.3. Kaayyoo Gooree


1. lammii umriin isaa barnoota sadarkichaaf gahe hundaan ga’uu fi
qulqulinaa fi ga’umsa keessoo isaa eegsisuu,
2. Barnoota KG.1-KG.3 qulqulinni isaa mirkanaa’e lammii hundaan
ga’uu,.,
3. Garaagarummaa hirmaannaa barnootaa gama korniyaa, iddoowwanii
fi daa’imman fedhii addaa qabaniin jiru dhiphisuun waligitiinsa carraa
barnootaa mirkaneessuu,.

2. Hojiwwan Ijoo fi Gurguddoo Bara 2010tti Hojjeetaman

2.1. Hojiiwwan Ijoo


2.1.1. RMB damee sadan (mootummaa, ummata fi dhaaba) ijaaruu
fi cimsuun ergama isaanii akka ba’an gochuufi Abbootii
qabeenyaa waliin hojjeechuu .
2.1.2. TMGB_PMQB sadarkaa fooyya’een raawwachuu.
2.1.3.Humna raawwachiisummaa m/b Cimsuu.
Gochaalee Raawwataman (Activities):

17
 Dura bu’aa fi qaama mana barumsaa gaggeesuu cimaa rammaduu
 Qabxii mana hojeechisuu qopheessuun gadi buusuu.
 Qaamolee waltajjii gaggeessaniif orenteeshinii kennuu.
 Karoora ka'umsaa irratti hundaa'uun korewwaan sadarkaa sadarkaan
jiran karoora mataa isaanii akka qopheeffatan taasisuu,

Tooftaa Raawwii:

 Adda dureewwwan gurmaa'ina isaanii keessatti gahee adda


durummaa isaanii akka raawwatan gochuun.
 Karoora hanga nama dhuunfaatti baasuun gamaagamaa fi
madaallii gaggeessuun sadarkeessuun.

Bu'aa Eeggamu:
 Rakkooleen ilaalchaa, Dandeettii fi Dhiyeessii, barsiisota,
barattootaa fi maatii biratti mul’atan adda ba’ee beekamee,karoora
bara 2010 keessatti akka galteetti fayyadamuuf gargaare.

3. Hojiilee Gurguddoo Bara Hojii 2010 A.L.I


3.1. Carraa Barnootaa Walgitinsaa fi Gahumsa qabu
Babal’isuu (Toora Xiyyeefannaa)
3.1.1. Carraa Barnootaa Babal'isuu

3.1.1.1. Galmawwan Gurguddoo


Carraa barnootaa walgittiinsa qabu lammii hundaan ga’uun
wallaalummaa fi doofummaa biyya keenya keessaa balleessuuf
kaayyoo qabame dhugoomsiif bara 2010 keessatti maniiwwan bira
gahamuuf karoorfaman:

18
 Gahumsa barattootaa sirna barnootaa fi itti fayyadama qabeenyaa
qusataa, bu’a qabeessa fi saffisaa ta’e giddugaleessa godhate
fooyyeessuu
 Qisaasa’ina barnootaa fi barattootaa mana barnootaatiin ala ta’an
hambisuu

3.1.2. Walgitinsa Barnootaa (Educational Equity)

Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Shamarran maatiin isaanii harka qalleeyyii ta'anii fi kanneen sababa
adda addaatiin maatiin isaan irra hinjirreef deeggarsa maallaqaa fi
meeshaalee gochuu
 Seerri barnootaa mirkanaa'ee hojirra akka oolu gochuu fi hubannoo
qabsiisuu
 Barattootni dubaraa mana barumisaa keessatti akkaataa ittiin
hirmaatan diriirsuu fi jajjabeessuu
 m/b tasgabbaa'aa fi kan nama hin yaaddeessinee taasiisuu

3.1.3.Gahumsa Keessoo Barnootaa Fooyyeessuu (Internal Efficiency)

. Hojiiwwan Hojeettaman:
Sagantaa tuutoriyaalii iddoo fi sadarkaa hundatti diriirsuu
 Sirna hoggansaa fi bulchiinsa m/b fooyyeessuuf gargaaru diriirsuu

3.2. Sagantaalee Paakeejjii Mirkaneeffannaa Qulqullinaa Barnootaa


Barnoota qulqullinaa fi gahumsa qabu lammii hunda biraan gahuuf PMQB
sagantaalee jahan hammate qophaa’ee hojiirra ooluu jalqabee karoorri
bara 2010 haala armaan gaditiin dhihaateera

3.2.1. Sagantaa Hoggansaa fi Gurmaa'ina Barnootaa


 Deeggarsaa fi hordoffii walittifufinsa qabu cimisuu. Hammattoo
sadarkaa guddina fooyya’insa qabxii fi naamusa barattootaa;
akkasumas ittigaafatamummaa waliin walsimsiisuun hojirra oolchuu

3.2.2. Sagantaa Misooma Barsiisotaa


Hojiiwwan Hojjeetaman:

19
 Barsiisoota sadarkaa barumsaa eeguun qaacaruu
 Dabalii mindaa firii barataa giddugaleefate irratti hundaa’ee
gaggeessuu
 Filannoo fi foo'annoo barsiisotaa fedhii guddaa qabanii fi dubartoota
kan hirmaachise gochuun fooyyeessuu fi cimsuu

3.2.3. Sagantaa Fooyya’insa Mana Barnootaa (SFMB)


 Qabxii barattootaa fooyyeessuu
 Barattootni kutaa barnoota hunda keessatti gosa barnoota saayinsii,
herregaa fi afaanotaa qormaata fi madaallii sadarkaa biyyoolessaatti
kennaman 50 % fi isaa ol galmeesiisiisuu
 Daree barnootaa dabalataa fi daree barnootaa haaluu dibuu
 Deeskii barattootaa
 Istaaffii barsiisota
 Handhuura gabbisa barnootaa
 Kutaa meeshaa

Tooftaa raawwii:

• Kanfaaltii barattootaa irraa barbaadamuu dabaluun


• Baajataa dhunfaa rammaduuf
• Koree GMB fi BBLG mana barumsaa waliin ta’uun kanfaaltii
barattootaa irraa funaanuu walittii qabun hojjeechuu
 Galii maatii barattoota irraa yeroon funanuu
 Qaamoota m/b hooggaanan hundaa waliin marii cimsuun deemuu

3.2.4. Sagantaa Fooyya'insa Sirna Barnootaa

Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Naamusni qormaataa akka eegamu koree hundessuu fi haalduree
qophii taasiisuu
 Madaallii walittifufaa fi qorumsa kennaman sirna hordoffii diriirsuun
mirkanaa'ee akka kennamu gochuu
 Haala kunuunsaa fi ittifayyadama kitaaba barattootaa, qabeenya
mana barumisa hordofuu fi deeggarsa kennuu

20
 Gaaffilee shaakalii gosaa barnootaabahe sadarkaa isaa eeggatee
qopheessuu barattootaa shakalchiisuu
 Qaacceessa qabxii barattootaa jijjirama amalaa fi gahumsa
barattootaa waliin kan simatu ta'uu xiinxaluu

3.2.5. Sagantaa Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii

Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Barattootni hundi daree isaanii keessatti dambii ittiin bulmaataa akka


qopheeffatan jajjabeessuu,hojiirra akka oolchan taasisuu

3.2.6. Sagantaa Babal'ina Teeknoolojii Qunnamitii Odeeffannoo


Barnootaa (ICT)

 Mana barumisaa Akkadaammii Oolmaa Daa’immaan


kidaanamiraat tajaajila koomputaraan akka argatan taasiisuu
 Mana barumisaa Akkadaammii Oolmaa Daa’immaan
kidaanaamiraatbarnoota raadiyoo akka argatan deeggarsa gochuu

Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Tamsa'ina sagantaa barnoota raadiyoo barsiisotaa fi barattoota


beeksiisuun yeroo isaa eeggatee akka hojjiirra oolu gochuu
 Gumii minimidiyaa m/b cimsuun gumiiwwan garagaraa ,barsiisotnii
fi barattootni barumsa akka dabarsan taasiisuu
 Barsiisotni fi hojjeettotni bulchiinsaa hundinuu hubannoo fi
dandeettii bu’uura koomputaraa horachuun ittif fayyadamtoota
akka ta’an gochuu .
 Barnootni raadiyoo tamsaasa guutuu akka kennu deeggaruu fi
hordofuu TV fi DVD fayyadamu

21
3.5.1.2. Hojiiwwan Hordoffii, Madaallii fi Duub-Deebii
Hojiiwwan Hojjataman:

1. Raawwii hojii (KGT 2) bara2009 madaaluun ciminaa fi hanqina ture


adda baasuun karoora bara 2010 itti aanuu akka ciicattatti
gargaaramuu basu
2. Raawwii karoora hojii m/b kurmaana kurmaanaan madaaluun duub-
deebii kennuu.
3. Qophii fi hojii irra oolmaa karoora barnootaa irratti m/b barnootaa
daawwachuun gamaaggamuu, deeggaruu fi duub-deebii kennuu.

Tarsimoo Raawwii:

 Cheekliistii hordoffii qopheessuun hojiin haala karoorfameen


raawwachuu isaa hordofuun

3.5.1.4. Qophii, Hordoffii fi Duub-Deebii Baajataa:


Kaayyoo:
 Raawwii baajataa xiinxaluun baajeta hojii barumsaaf barbaachisu
haala walgitiinsa qabuun karoorsuun milkaa’ina hojii barumsaaf
haala mijeessuu.
Galma:
 Raawwii baajataa xiinxalamee itti fayyadama baajetaa irratti
hanqinaa fi cimina adda ba’ee hojii barnootaa fuula duraaf galtee
ta’e raawwii milkeessu.
• Gumii shamaaranii m/b keessaattii hundeessuun deggarsaafi
hordooffii gochu

22
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaama

Karoorawaggaa
T.L

Safartuu
1ffaa 2ffaa ana ana raawwa
3ffaa 4ffaa tu
A H F O S M A G B E C w

Haaldureewwaan dursaa
raawwaataman
1 Kaalandaarii barnootaa fudhaachuu lakk 1 1
raabsuu
2 Sagantaa barnoota kan waggaa Si’a 1 1
qopheessuu
3 Barattootaa bulleeyyii fi barattootaa Si’aa 1 1
haaraa galmee eegaluu
4 Raammaaddii daree barnootaa Si’aa 1 1
gaggeessuu
5 Barattootaa haaraa m/barumsaa mars 1 1
galaan qajeelfamaa fi danbii m/b waliin
mari’aachuu
Sagantaa Raawwii karoora Mana barumsa Akkadammii Oolmaa Daa’immaan Kidaanaamirat
bara 2010

23
24
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaama

Karoorawaggaa
T.L

Safartuu
1ffaa 2ffaa ana ana raawwa
3ffaa 4ffaa tu
A H F O S M A G B E C w

2 M/B keessaattii barnootaa qulqulliinaa


qabu kennamuu issaa mirkaneeffachuu
2.1 Barattootnii m/b hundii gosaa Ji’aa 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
barumsaa hundaan qabxii 50% olii akka n
fidaniif deegarsaa fi hordoof cimsu
2.2 Barattoonnii akkaa wayittii barnootaa guyy
hin mancaafnee balfaanaa fi haftee a
hordoofuu
2.3 Barsiisoonnii qabxii barattootaa torbe 40 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4
foyyeessuuf karooraa waggaa fi en
guyyaa bafataan ittii fayyadamuu isaa
hordoofoo
2.4 Waldorgommii barattootaa keessaattii mars 2 1 1
cimsuuf gaaffii fi deebii gaggeessuu
2.5 Qorumsaa waligaa fi qorumsaa mars 4 1 1 1 1
kurmaanaa kennamuu isaa hordoofuu

25
26
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaama

Karoorawaggaa
T.L

Safartuu
1ffaa 2ffaa ana ana raawwa
3ffaa 4ffaa tu
A H F O S M A G B E C w

2.6 Sadarkaa hundaa irraattii karoorichii Si’aa 20 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2


bahu isaa fi hojii irraa ooluu isaa
hordoofuu
2.7 Baruu fi barsiisuu milkeessuun mars 20 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
barattoonnii saayinsii fi herreegaa
irraattii akka cinaan hordofu
2.8 Adeemsaa baruu fi barsiisuu Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
barsiisotaa hordofuufi gamaggamuu
2.9 Barattootaa shamaraanii jajjabeessuu Si’a 5 1 1 1 1 1
fi deegarsaa gochuun hordoofii gochu.
2.10 Barsiisoonii hojii mana ,hojii daree fi Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
hojee gareekennu isaan hordooffuu fi
deegaruu
3 Gahumsaa keessoo barnootaa
Mirkaanneessuu
3.1 Harcaattii barattootaa fi irraa deebii mars 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1

27
xiqaachu hordofu
3.2 Barsiisoonnii fi maatii rakkoo mana Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
barumsaa irraattii mari’achuun ji’a ji’an
furaa deemuu

Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaama

Karoorawaggaa
T.L

Safartuu
1ffaa 2ffaa ana ana raawwa
3ffaa 4ffaa tu
A H F O S M A G B E C w

4 Qabeenyaa fayyadaa fihojii irraa


oolchuu
4.1 Kitaaba barattootaa harkaa barataa mars 1 1
akka gahu gochuu
4.2 Mancaatii kitaaba barataa irraa gahu mars 4 1 1 1 1
sakkata’uu
5 Hirmaanaa Hawaasa olii guddisuu
5.1 Maatii barattotaa fi hawaasa biro waliin mars 4 1 1 1 1
marii gaggeessuu

28
6 Uwwisaa ragalee fi waliin gahinsaa
guddisuu
6.1 Qabxii barataa fooyyeessuuf M.W.Fufaa Si’a 4 1 1 1 1
kennuu
6.2 Ragaa fakkii fi footodhaan deegaramuu guyy
qindeessuu a

Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaa Kurma Qaamar


T.L

Safartuu

Karoorawaggaa
1ffaa 2ffaa na 3ffaa ana aawwat
4ffaa u
A H F O S M A G B E C w

7 Tajjajilaa saffisaa fi Ariifachiisa kennu


7.1 Kurmaana kurmaana yaada fudhachaa Si’a 4 1 1 1 1
furaa deemu

29
30
BOQONNAA IV. XUMURA
4.1. Rakkoolee mudachuu dandaániif yaada furmaataa/kallattii
kaaáman.
Rakkoolee mudachuu dandaán (Sodaa)
 Hanqinaa Barsiisaa Istaandaardii guutee dhabamuu
 Hanqinaa daree barnootaa haala istaandardiittin
 Hanqina Bajaata
Yaada furmaataa/kallattii kaaáman.
 Kanfaaltii barattotaa ji’aa ji’aan yeroo eegan irraa funaanuu
 Rakkoo Barsiisootaa furuuf beeksiisaa iddoo adda addaa
baasuun qacaruu
 Haftee barattoota xiqqeessuuf RMB cimsuun maatii barattoota
waliin wilitti dhufeenyaan hojjechu.
 Maatii barattootaa fi koree mana barumsaa waliin dhiyyeenyaattii
argamuun mari’achuun rakkoo furaa deemuu
4.2. Hordoffii fi madaalli (Monitoring and Evaluation)
Hojiiwwan bara 2010 hojjeetamuuf karoorfaman haallii raawwii isaanii kan
madaallamu

Sirni hordoffii fi madaallii waliitti hidhaminsaa sadii(3) qaba .

1. Gabaasa
2. madaallii qaamaan argamuun raawwatamu fi
3. Supparvizyinii supp.CRC fiWBBMSB gaggeeffamuun

31

You might also like