You are on page 1of 48

Lakk………………...……..

Guyyaa…………………….
BAANKII KOOPPIREETIVII OROMIYAATIF
G/GURRAACHA
DHIMMI:- NAMOOTA QARSHII WAAJJIRA BARNOOTAA SOCHOOSAN JIJJIIRUU
ILAALA

Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti waajjirri barnootaa aanaa


kuyyuu baankii keessan biraa lakk. akkaawuntii banachuun ittiin
fayyaadamaa ture. Nammoonni akka sochoosan filatamanii turan:

1. Obbo Girmaa Dachaasaa


2. Obbo tashoomaa abbabaa kan ture yeroo ammaatti namoota kana
jijjiiruun barbaachisaa ta’ee jira. Haaluma kanaan ammatti akka
sochoosan kan barbaaddame:
1. Obbo Addunnaa Turaa
2. Obbo Tashoomaa Abbabaa fi
3. Obbo Tolchaa Dabalee kan filataman tahuu isin beeksifna.

Nagaa wajjin!
Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
MB G/Gurraacha Lakk. 2tif
G/GURRAACHA
DHIMMI :- CALALLII NAMA KUNUUNSA DAA’IMMANII IRRATTI HOJJETU ILAALA
Mataduree irratti ibsuuf akkuma yaalametti manni barumsaa keessan
hirmaannaa ummataatin barnoota kutaa “0” ykn oolmaa daa’immanii mb cinaa
banachuun isaa ni beekkama. Haaluma kanaan calallii nama kunuunsa
daa’immanii geggeessuuf akka isin gargaaruuf kallattii raawwii isaa nugaafattanii
jirtu. Haaluma kanaan, ulaagaa fuula tokko qabu xalayaa geggeessituu kan waliin
qabsiisuun kan isiniif ergine yoo tahu koree mana barumsa keessanii GMB kan
hawaasa keessa filatamanii hojjechaa jiran fi barsiisota keessaa kan adda duree
tahe waliigala (namoota 5) hirmaachisuun karaa iftoomina qabuun akka
geggeessitan ciminaan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin
Garagalcha
- Kutaa IG Waajjira keenyatiif
- Kutaa IG IA Waajira keenyatiif
G/Gurraacha
A. Sadarkaa barnootaa barbaachisu ilaalchisee akkaataa qajeelfama
istaandaardii kutaa “0” ilaalchisee waajjirri barnoota godinaa Sh/kaabaa lakk.
G4/247/85/35 guyyaa 02/12/2011 fuula 11 irratti barreessee nuuf erge irratti:
- kutaa 10 ffaa kan xummurte jedha.
- Kunuunsa daa’immanii irratti yoo xiqqaate leenjii guyyaa 15 kan qabdu
jedha. Yoo dhabame nama dorgomee darbuuf gara fuula duraatti
ekisteenshinii fayyaa waliin tahuun kan hubannoon kennamu taha jedha.

B. Dorgommii geggeeffamu ilaalchisee akkaataa qajeelfama jildii tokkoffaa


hojjettootni mootummaa itti geggeeffaman bara 1994 bahe fuula 10-11
irratti:
- 70% qormaata barreeffamaati. Kana jechun gosa barnoota adda addaa
keessaa gaaffilee bahaniin raawwatama.
- 30% gaaffii afaanii (interview) dha. Kana jechuun gosa hojii irratti
qacaramuuf deemaniin waan walqabatu irratti gaaffiin qopaa’a.

Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
MB DHUUNFAA ……………………………………….TIF
G/GURRAACHA
DHIMMI HOJII BARNOOTAA GEGGEESSITAN IRRATTI MURTII MANAAJIMANTII
ISIN BEEKSISUU ILAALA
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti manni barumsaa keessan bara
barnootaa 2011ti hojii barnootaa BID (barnoota idileen duraa) irratti hojjechaa
turuun isaa ni beekkama. Sochii barnootaa bara 2011 irratti koreen supparviijinii
waajjira barnootaa xummura waggaa 2011 irratti mb keessanitti argamee
akkaataa qajeelfama istaandaardii BBO’n baasen madaalaa turee jira. Haaluma
kanaan dhimmoota fooyyeffachuu qabdan adda isinif baafnee isin beeksisuu fi
irratti marii gochaa turuun keenya ni beekkama.
Isinis akkaataa qajeelfama istaandaardii barnoota idilee duraa bara 2011 lakk.
G4/247/85/35 guyyaa 02/12/2011 bahee irratti hundaa’un koreen
manaajimantii waajjira barnootaa BID irratti eeyyamni jalqabaa akka isiniif
kennamu murteessee jira.
Isinis kana beekuun hojii barnootaa eeyyamni isiniiif kenname kana irratti hojii
qulqullina qabu akka raawwatan fi gibira barichaa yeroo eeguun mootummaaf
galii akka gootan ciminaan isin beeksifna.
Nagaa wajjin
Garagalcha
 Waajjira bulchiinsa aanaaf
 Waajjira paartii aanaaf
 Waajjira Galii aanaaf
 Kutaa FMB waajjira keenyaaf
G/Gurraacha

Lakk…………………………..
Guyyaa………………………
MB……………………………………..TIF
b/jirtanitti
dhimmi barattoota sababa nageenyan buqa’an akka galmeessitan isin
beeksisuu ilaala

Mata duree irratti ibsuuf akkuma yaalametti barattootni maqaan isaanii


armaan gaditti eeramee jiru naannoo kibbaa irraa sababa rakkoo
nageenyatin buqqa’anii dhufuu isaanii waajjira keenyaf ibsanii jiru.
Haaluma kanaan isinis kanuma beekuun ragaa barnootaa isaan
dhiyeeffatan ilaaluun kutaa isaanif malutti akka galmeessitan isin
beeksifna.

lak Maqaa barataa Saala


k
1 Masfin Saffisaa Toleeraa Dhi
2 Shittaa Saffisaa Toleeraa Dhi
3 Faanos Saffisaa Toleeraa Dub
Nagaa wajjin

Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
MB DHUUNFAA ……………………………………….TIF
G/GURRAACHA
DHIMMI HOJII BARNOOTAA GEGGEESSITAN IRRATTI MURTII MANAAJIMANTII
ISIN BEEKSISUU ILAALA
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti manni barumsaa keessan bara
barnootaa 2011ti hojii barnootaa BID (barnoota idileen duraa) irratti hojjechaa
turuun isaa ni beekkama. Sochii barnootaa bara barnootaa bara 2011 irratti
koreen supparviijinii waajjira barnootaa xummura waggaa 2011 irratti mb
keessanitti argamee akkaataa qajeelfama istaandaardii BBO’n baasen madaalaa
turuun isaa ni beekkama. Haaluma kanaan dhimmoota fooyyeffachuu qabdan
adda isinif baafnee isin beeksisuu fi irratti marii gochaa turuun keenya ni
beekkama.
Haata’u malee akkaataa qajeelfama istaandaardii BBO’n bara 2010 fi 2011ti
baasee jiruun manni barumsa keessan istaandaardii hin guutu waan taheef bara
barnootaa 2012ti hojii barnootaa akka hojjetaniif eeyyamni kan isiniif hin
laatamne tahuu manaajimantiin waajjira keenyaa murteessee jira.
Haaluma kanaan isinis kana beekuun hojii barnootaa kamuu akka dhaabbata
dhuunfaa tokkootti akka hin hojjene ciminaan isin beeksifna.
Nagaa wajjin
Garagalcha
 Waajjira bulchiinsa aanaaf
 Waajjira paartii aanaaf
 Waajjira Galii aanaaf
 Kutaa FMB waajjira keenyaaf
G/Gurraacha

Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
MB DHUUNFAA ……………………………………….TIF
G/GURRAACHA
DHIMMI HOJII BARNOOTAA GEGGEESSITAN IRRATTI MURTII MANAAJIMANTII
ISIN BEEKSISUU ILAALA
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti manni barumsaa keessan bara
barnootaa 2011ti hojii barnootaa BID (barnoota idileen duraa) irratti hojjechaa
turuun isaa ni beekkama. Sochii barnootaa bara barnootaa bara 2011 irratti
koreen supparviijinii waajjira barnootaa xummura waggaa 2011 irratti mb
keessanitti argamee akkaataa qajeelfama istaandaardii BBO’n baasen madaalaa
turuun isaa ni beekkama. Haaluma kanaan dhimmoota fooyyeffachuu qabdan
adda isinif baafnee isin beeksisuu fi irratti marii gochaa turuun keenya ni
beekkama.
Haata’u malee akkaataa qajeelfama istaandaardii BBO’n bara 2010 fi 2011ti
baasee jiruun manni barumsa keessan dhimmoota tokko tokko akka
fooyyeffachuu qabdan kallattiin isiniif kaawwamaa turus hanga ammaa
sirreessitanii hin xummurre. fkn dallaa mb fi mana amantaa adda baasun ijaaruu
Haaluma kanaan isinis waan sirreessuu qabdan sirreesitanii koreen dhimma kana
ilaalu mb keessanitti argamee akka ilaalu fi hojii barnootaa BID irratti hojechuuf
eeyyama hojii keessan akka nubiraa fudhatan isin beeksifna
Nagaa wajjin
Garagalcha
 Waajjira bulchiinsa aanaaf
 Waajjira paartii aanaaf
 Waajjira Galii aanaaf
 Kutaa FMB waajjira keenyaaf
G/Gurraacha
Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
Waajjira Barnoota Godina Shawaa Kaabaaf
Fiichee
Dhimmi ፡ Daa’ima qaroo dhabeessa tahe isiniif erguu ilaala
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalmetti kanaan dura ijoollee qaroo dhabeessa
tahan ulaagaa jiruun adda baafnee akka isin beeksifnu haaluma nugaafattaniin
akkaataa guca fuula ittaanu kanaatin adda baafnee kan isiniif ergine tahuu
kabajaan isinii beeksifna.

Nagaa Wajjin
1 Maqaa mucaa Biraanuu Mangistuu
2 Umurii mucichaa 8 (saddeet)
3 Iddoo dhalootaa Aanaa kuyyuu, Ganda Boondee
4 Maqaa wabii Mangistuu Tolasaa
5 Iddoo jireenyaa Aanaa kuyyuu, Ganda Boondee
6 Firummaa mucaa waliin qaban Abbaa
7 Lakk. Bilbilaa kan wabii 0916888269
Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
Waajjira Barnoota Godina Shawaa Kaabaaf
Fiichee
Dhimmi gabaasa hojiiwwan BID irratti hojjetame isin beeksisuu ilaala
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalmetti aanaa kuyyuutti hojiiwwan BID irratti
raawwataman ilaalchisee gabaasa fuula ……….. qabu barreessuun kan isiniif
ergine tahuu kabajaan isiniif ibsina.

Nagaa Wajjin
A. Barnoota idilee duraa aanichaa bara barnootaa 2012 irraa eegalee kallattii
qabsiisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran ilaalchisee:
 Akkaataa kallattii naannoo fi godina irraa kennamaa jiru irratti
hundaa’uun oolman daa’immanii mootummaas tahe kan dhuunfaa
xiyyeffannoon itti kennamee irratti hojjetamuu akka qabu kurmaana 1ffaa
bara barnootaa 2012ti si’a lama mariin godhame.
 Marii MGT waajjirichaa booda oolmaa daa’immanii dhuunfaa fi
mootummaa irratti qajeelfama BID haara’a irratti hundaa’uun qabxii
supparviijinii qopheessuun oolmaan daa’immanii kan mootummaa 1 fi
kan dhuunfaa 8 waliigala 9 ilaallaman.
 Supperviijinii geggeeffame booda duubdeebii isaa qajeelfama BID waliin
walsimsiisuun leenjiin irratti kenamee jira.

Karoora Raawwii
Lak Hirmaattota
Dhi Dub Ida Dhi Dub Ida
1 Ogeessa barnootaa 20 3 23 17 2 19
2 Barsiisota BID 2 14 16 2 14 16
3 Abbaa qabeenya MB 9 0 9 9 0 9
IDA’AMA 31 17 48 28 16 44
Suura hirmaattota waltajjii BID

B. Kallattii leenjii irratti kenname fi waliigalame


 Manneen barnootaa BID kamuu hojii barnoota 2012 osoo hin eegalin dura
hanqinoota isaanii kan supperviijinii dhan adda bahan akka sirreeffatan
waliigalamee jira.
 Koreen sadarkaa aanatti dhaabbatee manneen barnootichaa ammo hanqinoota
isaanii sirreessuu isaanii kan mirkaneeffatan fi eeyyamni hojii bara barnootaa
2012 hanga guyyaa 25/12/2012ti kan laatamuuf tahuu irratti waliigalamee jira.
 BEEKSISA
Waajjirri barnoota godina shawaa kaabaa
ijoollee qaroo dhabeessa tahan dorgomsiisee
carraa barnoota mootummaa kennuu
barbaada. Kanaafuu, ulaagaa armaan gadii
kana dubbisuun ijoollee qaroo dhabeessa
fayyadamoo haatasifnu.
1. Umuriin kan 7-12 tahe ykn taate.
2. A/Oromoo kan dandahu dandeessu.
3. Uffataa fi kophee guuttachuu kan dandahu.
4. Wabii dhiyeeffachu kan dandahu.
5. Xalayaa deeggarsaa ganda isaa irraa kan
dhiyeeffachuu dandahu.
6. Hanga guyyaa 20/12/2011ti waajjira
barnoota aanaa kuyyuutti dhimmicha
xummurachuu dandaha.
Lakk………………...……..
Guyyaa…………………….
Waajjira Barnoota Godina Shawaa Kaabaaf
Fiichee
Dhimmi Karoora Galmee Barataa Kan Bara Barnootaa 2012 Isiniif Erguu Ilaala

Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti karoora hirmaannaa barataa aanaa kuyyuu
kan bara 2012 raawwii bara 2011 irratti hundaa’un guca fuula……….. qabu irratti guutuun
isiniif erguu keenya kabajaan ibsina.
Nagaa wajjin!
 Karoora barnoota addaa bara 2012 hinjiru.
 Karoora barnoota BID MB cinaatti kan bara 2012

Saala
lakk Sadarkaa/kutaa
dhi dub Ida
1 Umurii waggaa 7 gadii 2,085 1,963 4048
2 Umurii waggaa 7 fi olii 0 0 0
(Karoorri kun kanuma godinni ergee dha)
 Karoora barnoota idilee (mootummaa) kan bara 2012

Saala
lakk Sadarkaa/kutaa
dhi dub Ida
1 BID Umurii 7 gadii 2,085 1,963 4048
2 BID Umurii 7 fi olii 0 0 0
3 Kutaa 1 2353 2194 4547
4 Kutaa 2 2601 2354 4955
5 Kutaa 3 2286 2145 4431
6 Kutaa 4 2440 2169 4609
7 Kutaa 1-4 9680 8862 18542
8 Kutaa 5 2069 1807 3876
9 Kutaa 6 1704 1453 3157
10 Kutaa 7 1536 1354 2890
11 Kutaa 8 1357 1046 2403
12 Kutaa 5-8 6666 5660 12326
12 Kutaa 1-8 16346 14522 30868
13 Kutaa 9 1265 965 2230
14 Kutaa 10 1416 972 2388
15 Kutaa 9-10 2681 1937 4618
16 Kutaa 11 451 342 793
17 Kutaa 12 704 558 1262
18 Kutaa 11-12 1155 900 2055
19 Kutaa 1-12 20182 17359 37541
 Karoora KG kan mootummaa kan bara 2012

Saala
lakk Sadarkaa/kutaa
dhi dub Ida
1 Umurii waggaa 7 gadii 50 50 100
2 Umurii waggaa 7 fi olii 0 0 0

 Karoora KG kan dhuunfaa 2012

Saala
lakk Sadarkaa/kutaa
dhi dub Ida
1 Umurii waggaa 7 gadii 315 311 626
2 Umurii waggaa 7 fi olii 0 0 0

 Karoora barnoota idilee (kan dhuunfaa) bara 2012

Saala
lakk Sadarkaa/kutaa
dhi dub Ida
1 BID Umurii 7 gadii 315 311 626
2 BID Umurii 7 fi olii 0 0 0
3 Kutaa 1 15 10 25
4 Kutaa 2 15 15 30
5 Kutaa 3 10 12 22
6 Kutaa 4 0 0 0
7 Kutaa 1-4 40 37 77
Lakk..............................,,.........
Guyyaa............,,.....................

MB ........................................ tif
G/Gurraacha
Dhimmi; Waltajjii Isin Waamuu Ilaala
Mataduree irratti ibsuuf akkuma yaalametti galma gahiinsa hojii barnootaa ganda keessan
keessatti hojjetamuf ilaalchisee waajjirri barnootaa isin waliin marii gabaabaa geggeessuu
waan barbaadef isinis kana beekuun namoota armaan gadii kana qabachuun gaafa guyyaa
15/11/2011 sa'aa 3:00ti wajjira barnootatti akka argamtan isin waamnee jirra.
Namootni Argamuu Qaban:
1. Kaabinoota Gandaa 02 Shanan
2. Walitti Qabaa Koree BBLG mb keessanii
3. Walitti Qabaa Koree GMB mb keessanii
4. Barsiisaa Adda Duree Tokko
Nagaa Wajjin!
Lakk..............................,,.........
Guyyaa............,,.....................

Bulchiinsa ganda 02 tif


G/Gurraacha
Dhimmi; Waltajjii Isin Waamuu Ilaala
Mataduree irratti ibsuuf akkuma yaalametti galma gahiinsa hojii barnootaa ganda keessan
keessatti hojjetamu ilaalchisee waajjirri barnootaa isin waliin marii gabaabaa geggeessuu
waan barbaadef isinis kana beekuun namoota armaan gadii kana qabachuun gaafa guyyaa
15/11/2011 sa'aa 3:00ti wajjira barnootatti akka argamtan isin waamnee jirra.
Namootni Argamuu Qaban:
1. IG M/B GG lakk2 fi IG M/B kaambii
2. Walitti Qabaa Koree BBLG mb lamaanii
3. Walitti Qabaa Koree GMB mb lamaanii
4. Barsiisaa Adda Duree MB lachuu irraa tokko tokko
5. Kaabinoota ganda keessanii shanan
Nagaa Wajjin!

MANNEEN BARNOOTA DHUUNFAA

Sadarkaa
Lakk Maqaa Mb Dhuunfaa Kan Odeeffannoo Kennu KG IDILEE
1 Makaanayyesuus 0111310360 = Katamuu 1-3 -
2 Mogor 0911556335 = Mangistuu 1 1-4
3 Mullata Boruu 0922393254 = Iyyerus 1-3 1
4 Abdii Boruu 0941944555 = Muluu 1-2 -
5 Ganda 01 0925496654 = Burtukaan 1-2 -
6 Harvest 0912725655 = Abarraa 1-2 1-2
7 Madaanalamii 0922876756 = Habtaamuu 1-2 1-2
8 FBI 0111310099 = Burtukaan 1-2 -

Lakk…………………………………………
Guyyaa……………………………………

Oolmaa Daa’immanii …………………………………………………tif


G/Gurraacha

Dhimmi :- Waltajjii Isin Waamuu Ilaala


Akkuma mata duree irratti ibsuuf yaalametti akkaataa kenniinsa barnootaa keessanii
ilaalchisee gabaasni supperviijinii kan dhiyaatu fi mariin irratti kan geggeeffamu
waan ta’eef gaafa guyyaa 16/09/20011 sa’aa 7:45 irraa eegalee waajjira barnoota aanaa
kuyyuutti namoota armaan gadii qabattanii akka argamtan ciminaan isin beeksifna.
 Abbaa Qabeenyaa M/Barumsichaa……………. Nama 1
 Barsiisota Keessaa……………………………………………. Nama 2
 Maatii daa’immanii Keessaa ………………………… Nama 1
Garagalcha
- kutaa FMB tif
G/Gurraacha
Nagaa Wajjin!
Lakk…………………………………………
Guyyaa……………………………………

Waajjira …………………………………………………Tif
G/Gurraacha

Dhimmi :- Waltajjii Isin Waamuu Ilaala


Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti akkaataa kenniinsa barnootaa manneen
barnoota oolmaa daa’immanii dhuunfaa fi mootummaa magaala G/Gurracha keessa
jiranii irratti gabaasni supparviijinii kan dhiyaatu fi kallattii fuulduraa irratti mariin
kan geggeeffamu waan ta’eef isinis kana beekuun gaafa guyyaa 16/09/2011 sa’aa 7:45
irraa eegalee waajjira barnootatti akka argamtan kabajaan isin gaafanna.

Garagalcha
- kutaa FMB waajjira keenyatif
- waajjira Bulchiinsa aanaaf
G/Gurraacha
Nagaa Wajjin!
Lakk…………………………………………
Guyyaa……………………………………

Waajjira MWD Aanaa Kuyyuutif


G/Gurraacha

Dhimmi :- Piriifoormaa Sassaabuu Ilaala


Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti dhaabbatni “one wash” hojiiwwan
misoomaa manneen barnootaa aanaa keenya keessatti hojjechaa jiraachuun
beekkamaa dha. Haaluma kanaan ijaarsa bishaan dhugaatii “hand pump” mb suyyum
damissootti geggeessuuf akkaataa meetira intervaalii armaan gadiitin namoota boolla
qotanii waajjira keenyaf dhiyyeessan irratti piriifoorman akka nuuf sassaabbamu
kabajaan isin gaafanna.

Lakk Intarvaalii Meetira Qotamuu Hanga Qarshii Ittiin Qotamu

1 1 - 4 meetira
2 5 - 8 meetira
3 9 - 12 meetira
4 13 - 16 meetira
5 17 meetira

Nagaa Wajjin
Lakk…………………………………………
Guyyaa……………………………………

Waajjira MWD Aanaa Kuyyuutif


G/Gurraacha

Dhimmi:- Piroojaktii ‘One Wash’ Ilaalchisee Baajeta Jiru Adda Baasuu Ilaala

Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalmetti piroojaktiin ‘One Wash’ aanaa


keenya keessatti bara 2007/2008 irraa eegalee manneen barnoota
keessaati hojii ijaarsa mana fincaanii fi dhiyeessii bishaan dhugaatii irratti
hojjechaa akka jiru beekkamaa dha. Haalum kanaan, baajatni hojii
piroojaktoota kanaaf jecha aanaaf ergaman keessa kanneen harca’ee hafe
akka jiru beekkamaa dha. Kanaafuu, baajanni kun baraa fi gosa hojii irraa
hafe adda baasuun koree WWT aanaaf dhiyaatee hojiiwwan kaayyoo
piroojasktichaan wal simu fkn dhiyeessii bishaan dhugaatii irratti akka
ooluu qabanif mariin irratti godhamuu akka qabu kabajaan isin gaafanna.
Nagaa Wajjin
Lakk………………………………….
Guyyaa…………………………….
Waajjira Barnoota Godina Shawaa Kaabaatiif
Fiichee
Dhimmi;- Ragaawwan Adda Addaa Isiniif Erguu Ilaala
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti ragaawwan barnootaa adda addaa
akka isiniif erginu haaluma nugaafataniin nutis guca fuula ………… qabu irratti
guutun xalayaa geggeessituu kana waliin qabsiisuun isiniif erginee jira.
Nagaa wajjin
1. Fedhii Ijaarsa Mb Haara’a Ilaalchisee
Ganda mb keessa
lakk Maqaa aanaa Sad.mb Baayyina mb yaada
jiru
gosee 1-4 1
KUYYUU Darroo cangii 9-10 1
Ganda 02 1-4 1

2. Suphaa Mb Ilaalchisee
Baayyina daree
lakk Maqaa mb Sad.mb Gosa suphaa yaada
suphamuu
1 Qilxuu inka lakk. 1 1-8 gidgiddaa 4
2 somboo 1-8 gidgiddaa 4
3 Kilfoo dirree 1-8 gidgiddaa 4
4 Liiban karabashaa 1-5 gidgiddaa 3
5 Karkarreessa cabaree 1-8 gidgiddaa 2
6 Biritii sad. 1ffaa 1-8 gidgiddaa 8
7 Waleensuu cangii 1-6 gidgiddaa 2
8 Harbuu bosee 1-5 Floori fi gidgiddaa 2
9 charee 1-8 Floori fi gidgiddaa 4
3. Daree Dabalataa Ilaalchisee
Baayyina baraataa Baayyina daree Baayyina daree haara’a
lakk Maqaa mb Sad.mb
dhi dub ida Amma jiru barbaachisu
1 G/Gurraacha lakk.3 1-8 1493 1618 3111 20 12
2 goraa 1-8 870 841 1711 12 4
3 Biriitii sad. 1ffaa 1-8 509 467 976 17 12
4 s/damissoo sad.1ffaa 1-8 504 328 832 10 6

4. Bishaan Dhugaatii Ilaalchisee


Baayyina baraataa Gosa madda bishaanii
lakk Maqaa mb Sad.mb Bara hojii eegale
dhi dhi barbaachisu
1 Biriitii sad. 1ffaa 1፣8 509 467 976 Paampii
2 Charee 1፣8 693 542 1235 Paampii
3 Karkarreessa cabaree 1፣8 516 427 943 Burqaa misoomsuu
4 Harbuu bosee 1፣8 66 59 125 Paampii
5 Haliiloo wagiddii 1፣8 198 150 348 paampii

5. Ijaarsa Mana Fincaanii Ilaalchisee


Baayyina baraataa Baayyina bilookii barbaachisu
lakk Maqaa mb Sad.mb yaada
dhi dub ida
1 G/Gurraacha lakk.2 1-8 1066 1050 2116 3
2 Biriitii sad. 1ffaa 1-8 509 467 976 3
3 charee 1-8 693 542 1235 3
Lakk………………………………….
Guyyaa…………………………….

Waajjira Barnoota Godina Shawaa Kaabaatiif


Fiichee
Dhimmi : Ijaarsa Piroojaktii Sagantaa “One Wash” tin hojii hojjetame Isin Beeksisuu Ilaala
Mata duree irratti ibsuuf akkuma yaalametti aanaa kuyyuutti ijaarsa piroojaktii mana fincaanii fi
ijaarsa bishaanii manneen barnootaa adda addaa kessatti sagantaa ‘one wash’tin hojjetamu irratti
bara 2007/2008 irraa eegalee hojiiwwan hojjetamaa ture gabaasa isaa xalayaa fuula …………….. qabu
isiniif erguu keenya kabajaan isin beeksifna.
nagaa wajjin
Lakk……….………………..
Guyyaa…………..………..
Waajjira Barnoota Godina Sh/Kaabaatif
Fiichee
Dhimmi:- Hojii Piroojaktii “One Wash” Irratti Deeggarsi Akka Nuuf Kennamu Isin
Gaafachuu Ilaala
Mataduree irratti ibsuuf akkuma yaalametti karaa waajjira barnoota anaa kuyyuutin manneen
barnootaf kan hojiirra oolu maallaqni bara 2008 irraa eegalee hojii ijaarsa mana fincaanii fi ijaarsa
bishaanif kan oolu ergamuun isaa ni beekkama. Hojiinis ittiin hojjetamaas turee jira. Yaatahu
malee ammatti maallaqni bulee waan jiruuf haala gabaa ammaa waliin kan wal hin simne waan
taheef caalbaasii irratti kan moo’u qarshii guddaa dhan waan taheef hojii piroojektii adda addaa
raawwachuu hindandeenye. Haaluma kanaan:
Qarshii Bara Haala irra
akk Hojii hojjetamu Yaada
ergame ergame jiru
Hojiirra Mb qeesii, mb biriitii fi mb
1 Ijaarsa m/fincaaniif 670,031.xx 2007
oolee jiras/damissootti
Hin Akkaataan itti hojiirra oolu ifa hin
2 Ijaarsa bishaanif 331,523.27 2008
hojjetamne turre. fkn “shallow well”
Bara 2010ti caalbaasin bahus
Ijaarsa m/fincaaniif mb Hin dorgomaan dhabame. bara 2011ti
3 437,886.46 2009
somboo hojjetamne ammo dorgomaan kan moo’e qar.
888,812.16 dha.
Bara 2010ti caalbaasin bahus
Ijaarsa m/fincaaniif mb Hin dorgomaan dhabame. bara 2011ti
4 605,246.34 2010
w/cabareef hojjetamne ammo dorgomaan kan moo’e qar.
924,460.298 dha.
kanaafuu, isinis kana beekuun akkaata maallaqichi itti hojiirra oolu irratti deeggarsa barbaachisaa
akka nuuf kennitan ciminaan isin gaafanna.
Nagaa Wajjin

Garagalcha
 kutaa FMB waajjira keenyaf
 Kutaa IG Waajjira keenyaf
G/Gurraacha
Lakk………………………………….
Guyyaa…………………………….

Waajjira Barnoota Godina Shawaa Kaabaatiif


Fiichee
Dhimmi : Ijaarsa Piroojaktii Sagantaa “One Wash” Irratti Koreen WWT Aanaa Kuyyuu Qaboo Yaa’ii
Qabate Isin Beeksisuu Ilaala
Mata duree irratti ibsuuf akkuma yaalametti aanaa kuyyuutti ijaarsa piroojaktii mana fincaanii fi
ijaarsa bishaanii manneen barnootaa adda addaa kessatti sagantaa ‘one wash’tin hojjetamu irratti
koreen WWT aanichaa marii godhee jira. Marii isaanii keessatti rakkoolee quunnaman ilaalchisee
dhimmoota gama keessaniin deeggarsa barbaachisu irratti adda baasuun marii kan godhan yoo
tahu qaboo yaa’ii masichaa kan fuula lama qabu xalayaa geggeessituu kana waliin qabiisuun kan
isiniif ergine waan taheef isin kan beekuun gama keessaniin dhimmichi hubatamee yaadni
furmaataa yeroo gabaabaa keessatti akka kennamu kabajaan isin gaafanna.
Nagaa Wajjin
Garagalcha

 koree WWT aanaa kuyyuutif


 bulchiinsa aanaa kuyyuutif
 kutaa IG waajjirichaaf
 kutaa FMB tif
G/Gurraacha
Lakk……………..……………………….
Guyyaa…………………………………
Mana Barumsa Q/Kuraatif
Q/Kuraa
Dhimmi:- Sochii Hojii Barnootaa Gama READ CO tin Hojjetamu Ittarri Deeggarsa
Isiniif Kennuu Ilaala.
Akkuma mataduree irratti isiniif ibsuuf yaalametti akka mb keessaniitti dhaabbanni “save the
children” sagantaa READ CO tin hojii barnootaa mootummaan hojjetuuf deegarsa adda addaa
isiniif gochuun barattootni kutaa 1-4 jiran dandeettii dubbisuu fi barreessuu isaanii akka
cimsataniif hojjechaa jira; isinis hojjechaa jirtu.
Haata’u malee, akka mb keessaniitti yeroo adda addaa gara mb keessanii ogeessi waajjira
barnootaa kutaa FMB irraa dhufuun deeggarsi godhamaa turus raawwiin gama sagantaa READ
CO tin jiru laafaa dha, fakkeenyaf sochiin baankii kitaabaa, meeshaa laamineetin hojjechuu, sochii
gumii dubbisaa fi sochiin tola ooltotaa laafaa akka tahuu hubatamee jira.
kanaafuu, isin kana beekuun akkaataa kallattii kanaan dura isinif ibsameen hanqinaalee kana
fooyyessuun hanga guyyaa 23/04/2011 ti jijjiirrama jiru barreeffamaan aanaa akka beeksiftan
ciminaan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin
Garagalcha
 IG waajjira keenyaaf
 kutaa FMB tif
G/Gurraacha
 supparvaayizara CRC chaaf
Q/Kuraa
Lakk……….………………..
Guyyaa…………..………..
M/Barumsa Dhuunfaa Oolmaa Daa’immaniifi Sadarkaa Tokkoffaa Mogorif
G/Gurraacha
Dhimmi:- Eeyyama Jalqabaa Isiniif Kennuu Ilaala
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti iyyata waajjira keenyaf bareessitaniin
eeyyamni hojii akka isiniif kennamu nugaafachuun keessan nibeekkama. Haaluma
kanaan waajjirri barnoota aanaa kuyyuus gabaasa supperviijinii godhame giddu
galeeffatee manaajimantii isaatin walgahii gaafa 05/03/2011 geggeesseen eeyyamni
jalqabaa akka isiniif kennamu murteessee jira. Haaluma kanaan isinis imaanaa isiniif
kenname qulqullinaan fi gahumsaan akka raawwattan ta’ee dhimmoota qulqullina
barnootaa dhaabbata keessan gahoomsuu danda’u irratti karoora baafattanii akka
hojjettan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin
Garagalcha
 kutaa FMB waajjira keenyaf
G/Gurraacha
guyyaa 26/02/2011
Walgahii Manaajimantii Waajjira Barnoota Aanaa Kuyyuu
 Iddoon Kutaa Igwaajjiraa
 Sa’aatii 4:00
 Ajandaan Galmee Barattootaa Bara 2011 Mirkaneessuu Dha.
 Hirmaattotni:
1. Obbo Shifarraa Gabree …………….. IG Waajjiraa
2. Obbo Yohaannis Nugusuu………… Miseensa
3. Obbo Girmaa Simee…………………….. Miseensa
4. Obbo Abarraa Damee …………………Miseensa
5. Aadde Abaraash Dachaasaa ………. Miseensa
6. Obbo Baqqalaa Urgee……………………Miseensa
7. Obbo Lammaa Shaashoo…………….. Miseensa
8. Obbo Daawit Tasfaayee ……………. Miseensa
tahuun guyyaa harraa kana raawwii galmee barattoota aanaa keenyaa hanga guyyaa
onkoloolessa 26/02/2011 ti galmaahan waliigala kutaa 1-12 barattoota 34,932 tahuu
waliigaluun mallatteessinee jirra.

lakk…………………………………………
Guyyaa…………………………………..
Waajjira Barnoota Godina Sh/Kaabaatif
Fiichee
Dhimmi;- Raawwii Galmee Barattootaa Kan Aanaa
Kuyyuu Isin Beeksisuu Ilaala
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti aanaa kuyyuutti galmee barattoota bara
barnootaa 2011 hanga guyyaa onkoloolessa 25/02/2011ti jiru gama taaksi foorsii aanaa
keenyatiin adda bahee dhiyaate irratti marii goonee kan mirkaneessine qaboo yaa’ii
fuula 1 qabu xalayaa geggeessituu kana waliin qabsiisuun isiniif erginee jirra.
Nagaa Wajjin
garagalcha
 Adeemsa FMB tif
G/Gurraacha
lakk…………………………………………
Guyyaa…………………………………..
Waajjira Barnoota Godina Sh/Kaabaatif
Fiichee
Dhimmi;- Raawwii Galmee Barattootaa Kan Aanaa
Kuyyuu Isin Beeksisuu Ilaala
Akkuma mataduree irratti ibsuuf yaalametti aanaa kuyyuutti galmee barattoota bara
barnootaa 2011 hanga guyyaa onkoloolessa 25/02/2011ti jiru gama taaksi foorsii aanaa
keenyatiin adda bahee dhiyaate xalayaa geggeessituu kana waliin qabsiisuun isiniif
erginee jirra.
Nagaa Wajjin
garagalcha
 Adeemsa FMB tif
G/Gurraacha
lakk…………………………………………
Guyyaa…………………………………..
Waajjira Barnoota Godina Sh/Kaabaatif
Fiichee
Dhimmi;- Aanaa Kuyyuutti Manneen Barnoota Suphaa Mana Fincaanii Fi Bishaan
Ujummoo Galuufi Qabu Isiniif Erguu Ilaala

Akkuma mataduree irratti isiniif ibsuuf yaalammetti aanaa kuyyuutti manneen barnoota suphaa
mana fincaanii fi bishaan ujummoo galuufi qabu guca fuula………Qabu irratti guutuun kan isiniif
ergine tahuu kabajaan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin
Maqaa Manneen Barnootaa Suphaa Mana Fincaanii Isaan Barbaachisu

Maqaa Manneen Baayyina fayyadamtootaa


LAKK Sadarkaa barsiisaa barataa Walitti
Barnootaa dhi dub ida dhi dub ida dhi dub Ida
1. Biriitii 9-10 12 9 21 465 321 360 477 330 381
2. Wareersuu 1-5 3 2 5 60 69 129 63 71 134
3. W/Cabaree 1-7 5 6 11 187 150 337 192 156 348
4. K/Cabaree 1-8 10 10 20 516 427 943 526 437 963
5. Biriitii 1-8 19 20 39 509 467 976 528 487 1015
6. Faatii Wucaalee 1-5 3 2 5 21 19 40 24 21 45
7. Darroo Daannisa 1-8 20 17 27 774 581 1355 794 598 1382
8. Qeesii 1-8 14 14 28 322 285 607 336 299 635
9. Lakk.2 1-8 28 23 51 1066 1050 2116 1094 1073 2167
10. Ganda 01 KG1-3 0 2 2 50 50 100 50 52 102
11. Boonee 1-8 6 6 12 283 273 556 289 279 568
12. H/bosee 1-8 3 2 5 66 59 125 69 61 130

Maqaa Manneen Barnootaa bishaan boombaa galuufii qabu

MAQAA Baayyina fayyadamtootaa


barsiisaa barataa Walitti
LAKK Manneen Sadarkaa
dhi dub ida dhi dub ida dhi dub Ida
Barnootaa
Lakk.2 1-8 28 23 51 1066 105 211 1094 1073 2167
1. 0 6
2. somboo 1-8 17 21 38 474 470 944 491 491 982
lakk………………………………….
guyyaa…………………………….

Waajjira MWD Aanaa Kuyyuutif


G/Gurraacha

Dhimmi:- Kaffaltii Raawwachuu Ilaala

Akkuma matadure irratti ibsuuf yaalametti hojii bishaan dhugaatii manneen


barnootaaf dhiyeessuu karaa sagantaa ‘one wash’ tin hojjetamu mana barumsa
qeesii sad. 1ffaa fi mb sad. 1ffaa GG lakk 3 hojjetamee waan xummurameef
kaffaltiin dhumaa dhaabbata bishaan dhugaatii magaala G/Gurraachatiif qarshiin
69,993.70 (kuma jaatamii sagalii fi dhibba sagal fi sagaltamii sadii fi saantima
torbaatama qofa) baasii ta’ee akka kaffalamu kabajaan isin gaafanna.
Nagaa Wajjin
IBSAWWAN

Dhimmoota Hiikkaa Sadarkaalee


Madaallaman A B C
Dhimmota ijoo afran
karoora fakkeessuuf yaalii
qabaachuun doomeeyinii fi
Karoora FMB dhimmoota sadarkaa "A" jalatti godhame malee karoora
istaandaardii adda bahee fi
jiran keessaa kan iddoo tokkotti hojjechiisaa adeemsa
waggaa tokkoo sadarkaa mb kan qabu.
hanqina qabu. karoorri FMB itti bahu kan
Akkasumas haala gaariin kan
hin eegne.
bahe.
Hirmaannaa karoora waggaa fi gabaasa gabaasa qofa ykn karoora qofa kan karoorris gabaasnis kan
ummataa kan dhiyeesse. qabu. hin jirre.
karoora kan hin
GQB, koreewwan,
Karoora dhimmoota sadarkaa "A" jalatti dhiyeessine ykn qabxiilee
gumiiwwan, muummewwan,
jiran keessaa kan iddoo lamaa fi 'A' jalatti tarreeffaman
waggaa idilee BFA fi BLAG hammachiisun
sadiitti hanqina qabu. keessaa kanneen iddoo
kan baase.
baayyetti rakkoo qaban.
Galmee raawwii hanga fulbaana raawwii hanga fulbaana 30,2011 jiru raawwii hanga fulbaana
barataa idilee 30,2011 jiru keessatti keessatti dhibbeentaa raawwateen 30,2011 jiru keessatti
dhibbeentaa raawwateen manneen barnootaa sad 1ffaa kutaa dhibbeentaa raawwateen
manneen barnootaa sad 1ffaa 1-8 akka aanatti jiran keessaa kan manneen barnootaa sad
akka aanatti jiran keessaa kan sadarkaa 21 hanga 50 baheef. 1ffaa akka aanatti jiran
sadarkaa 1 hanga 20 baheef. Manneen barnoota sadarkaa keessaa kan sadarkaa 51
Manneen barnoota sadarkaa lammaaffaa fi qophaa’inaaf hanga 59 baheef.
lammaaffaa fi qophaa’inaaf kanneen sadarkaa A hinseenne Manneen barnoota
kanneen dhibbeentaa olaanaa maraaf. sadarkaa lammaaffaa fi
galmeessisan manneen qophaa’inaaf hin laatamu.
raawwii hanga fulbaana
raawwii hanga fulbaana
raawwii hanga fulbaana 30,2011 jiru 30,2011 jiru keessatti
30,2011 jiru keessatti
keessatti dhibbeentaa raawwateen dhibbeentaa raawwateen
dhibbeentaa raawwateen
Galmee BID manneen barnootaa sad 1ffaa
manneen barnootaa sad 1ffaa akka manneen barnootaa sad
aanatti jiran keessaa kan sadarkaa 1ffaa akka aanatti jiran
akka aanatti jiran keessaa kan
21 hanga 45 baheef. keessaa kan sadarkaa 46
sadarkaa 1 hanga 20 baheef
hanga 59 baheef

lakk…………………………
Guyyaa………………………
CRC ……………………………………. tif
B/Jirtanitti

Dhimmi:- HOJII IJOO KURMAANA TOKKOFFAA WAAJJIRA KEENYAA ISIN


BEEKSISUU ILAALA
Akkuma mata duree irratti ibsuuf yaalametti hojiiwwan ijoo akka waajjira keenyatti
raawwatamuu qaban CRC dhan adda baafnee kan isiniif dhiyeessine waan
taheef hooggantoota CRC fi manneen barnootaa waliin tahuun galma
gahiinsa hojiif tumsa barbaachisaa akka gootan kabajaan isin beeksifna.

Nagaa Wajjin
FB, INFO
Atteendaansii Hirmaattota Waltajjii , Guyyaa 23/12/2010

MALLATTOO
LAKK MAQAA HIRMAATAA GAHEE HOJII MB IRRAA DHUFE
WD WB
3.
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
11.
12.
13.
14.
15.
16.
17.
18.
19.
20.
21.
22.
23.
24.
25.
26.
Atteendaansii Hirmaattota Waltajjii , Guyyaa 23/12/2010
LAK MALLATTOO
MAQAA HIRMAATAA GAHEE HOJII MB IRRAA DHUFE
K WD WB
25.
26.
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
Atteendaansii Hirmaattota Waltajjii , Guyyaa 23/12/2010
LAK MALLATTOO
MAQAA HIRMAATAA GAHEE HOJII MB IRRAA DHUFE
K WD WB
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
PIROOJAKSHINII BARNOOTAA KAN BARA 2012

WAAJJIRA BARNOOTA AANAA KUYYUU

QOHEESSAN YOHAANNIS NUGUSUU (FMB)

2012

You might also like