Professional Documents
Culture Documents
YUUNIVARSIITII WALLOO
KOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAAFI NAMOOMATTI
QO’ANNOO AFAANOTA ITIYOOPHIYAAFI OGBARRUUTTI
MUUMMEE AFAAN OROMOO
Bara Barnootaa: 2019 / 2020
Maqaa Koorsii: Xiiloogaafi Waaltina Afaanii
Lakkoofsa Koorsii: (AFOL3092) Semisteera: 2ffaa
Kirediitii: Sagantaa: Idilee
Waggaa: 2ffaa Bakka : Gamoo___ Daree___
Barsiisaa: Ibsaa Addunyaa ( ibsaadugna2018@gmail.com)
Ibsa Koorsichaa
Koorsiin kun koorsii xiinooqa hawwaasummaati. Hawaasa tokko keessatti afaan haala kamiin
faayidaa kennuu akka qabu, afaan sadarkaa maalii akka qabaachuu qabu, dhimmoota waaltina
afaanii wajjin walitti dhufeenya qaban maraa kallattii karooraan walitti fidee kan ilaalludha.
Kanaaf, akka waliigalaatti, koorsii kana keessatti qabiyyeewwan siif dhiyaatan karoora afaaniifi
waaltina afaanii wajjin walitti dhufeenya qabu jedhamanii kan yaadamaniidha. Koorsichi
kutaalee adda addaatti qoqqoodame kan siif dhiyaate yoo ta’u tokko tokkoon isaa mata
dureewwaan hedduu kan shaakalawwan yookaan gochawwan yaalii kee barbaadan kan of
keessatti qabatedha.
Afaan karoorsuu jechuun maal jechuu akka ta’e fakkeenyota garagaraan deeggartee ibsa
ga’aa nilaatta.
Adeemsa afaan karoorsuu adda baastee nikeessa
Wantoota karoora afaanii gufachiisuu danda’an tarreessu ni dandeessa
Waaltina afaanii jechuun maal jechuu aka ta’e ibsa barbaachisaa ta’e ni kennita
Gulantaale waaltina afaanii eeruu ni dandeessa
Imaammata afaani jechuu maal jechuu akka ta’e ni himta
Gosoota imaammata afaanii biyyoonni adda addaa qabachuu danda’an adda baastee ni
eerta
Ilaalcha afaanii jechuun maal akka ta’e ni himta
Modeelonni karoora afaanii keessatti biyyoota guddinarra jiraniif hojiirra yoo oolan
fayidaa qaban maqaa ni dhoofta.
Adeemsa karoora afaanii akka waliigalaatti hubannoo ni qabaatta
Haala Madaallii
1. Madaallii walitti fufaa____________%70
2. Qormaata xumuraa_______________ % 30
Wabiilee
Alexander, N., (1989). Language policy and national unity in South Africa/Azania. Cape Town:
Buchu Books.
Chomsky, N., (1986). Knowledge of language: its nature, origin and use. New York: Praeger.
Cooper, R. L., (1989). Language planning and social change. Cambridge: Cambridge University
Press.
Crawhall, N. T., (Ed.), (1993). Negotiations and language policy options in South Africa. Salt
River: National Language Project.
Eastman, C. M., (1983). Language planning: an introduction. San Francisco: Chandler & Sharp.
(Chandler & Sharp publications in anthropology and related fields, Eds. L. L. Langness
and R. B. Edgerton).
Edwards, J., (1985). Language, society and identity. Oxford: Basil Blackwell. (The language
library. Series Ed. D. Crystal).
Fairclough, N., (1989). Language and power. Harlow, Essex: Longman. (Language and social
life series, Ed. C. N. Candlin).
Ferguson, C., (1962). 'The language factor in national development'. Anthropological linguistics.
4(1). 23-27. Reprinted in F. A. Rice, (Ed.). (1962). Study of the role of second languages
in Asia, Africa, and Latin America. Washington: Center for Applied Linguistics of the
Modern Language Association of America. 8-14.
Hyams, N., (1986). Language acquisition and the theory of parameters. Dordrecht: Reidel.
Le Page, R. B., (1988). 'Some premises concerning the standardization of languages, with special
reference to Caribbean Creole English'. International journal of the sociology of
language. Page 25-36.
UNESCO. (1953). The use of vernacular languages in education: the report of the UNESCO
meeting of specialists, 1951. Paris: UNESCO.
Watts, H. L., (1976). 'A social and demographic portrait of English-speaking white South
Africans'. English-speaking South Africa today. Cape Town: Oxford University Press.
Wright, L., (1996). 'The standardization question in black South African English'. Varieties of
English around the world: focus on South Africa. Amsterdam: John Benjamin. Page 150-
162.