You are on page 1of 3

Mana Barumsaa Jireen sadarkaa lammaffaa

Abbaltii Afaan Oromoo


Kutaa: 11ffaa
DAREE: ‘’A’’

T. Lakk. Maqaa Lakk.


1 Iddoosaa Ayyaanaa 35
2. Alamuu Ayyalaa
3. Iyaasuu Getachoo
4. Kennaa Haacaaluu 40
5. Daraartuu Raggoo 20
6. Saamu’el Zanaabaa
7. Kuutar kun kan
8 Abbaas Badiruu
9
10

Bara 2015
ABBALTII AFAAN OROMOO

A.Himoota armaan gadii keessa ciroowwan of danda’aafi ciroowwan hirkataa addaan baasii
barreessi.

1. Ol’aanaan Waan Dhufeefi, dhiyaana keenya nyaachuu Qabna.


Ciroo of Danda’aa: dhiyaana Keenya Nyaachuu Qabna
Ciroo Hirkataa: Ol’aanaan Waan Dhufeef,
2. Taliileen Waan Dheebotteef, Bishaan Dhugde.
Ciroo hirkataa: Taliileen Waan Dheebotteef,
Ciroo of danada’aa: bishaan dhugde
3. Yoo ariifatta ta’e, konkolaataa isa Kanaan deemi
Ciroo hirkataa: yoo ariifatta ta’e
Ciroo of danda’aa: konkolaataa isa Kanaan deemi
4. Jireenya kee yoo foooyyeeffachuu barbaadde, cimtee hojjechuu qabda.
Ciroo hirkataa: Jireenya kee fooyyeeffachuu yoo barbaadde,
Ciroo of danada’aa: Cimtee hojjechuu qabda.
5. Maalummaa kee waan hin beekneef, ragaa kana sitti hin kennu.
Ciroo hirkataa: maalummaa kee waan hin beekneef.
Ciroo of danda’aa: ragaa kana sitti hin kennu.
A.Himoota leexaa Shan barreessi?
Deebii
1. Magarsaan saree ajjeese.
2. Boonaan mana ijaare
3. Barattoonni biqiltuu dhaabani.
4. Laliseen intalli obbo Margaa barsiistuu taate.
5. Galataan ilmi obbo Guutamaa sangoota gurgure.
D. Ciroowwan of danda’aa himoota armaan olii keessa jiran addaan baasii barreessi.
Deebii
1. Dabalaan farda bite; Badhaasaan garuu harree bite
Ciroo of danda’aa
 Dabalaan farda bite
 Badhaasaan garuu harree bite.
2. Nyaata gaariin nyaadhe; kanaafuu, nagaatuu natti dhagaa’ama.
Ciroo of danda’aa:
 Nyaata gaariin nyaadhe.
 Nagaatuu natti dhagaa’ama.
3. Tolaan mana yaalaa deemee deebi’e.
Ciroo of danada’aa:
 Tolaan mana yaalaa deemee deebi’e
4. Shantamaan Jimmatti dhalate; Booruun ammo, Mattuutti dhalate.
Ciroo of danada’aa:
 Shantamaan Jimmatti dhalate
 Booruun Mattuutti dhalate
A.Himoota dachaa shan barreessi
Deebii
1. Dirribaan sangaa gurgure; Tolasaan garuu hoolaa bite
2. Buna gaariin dhuge; kanaafuu sammuun koo gammadaadha.
3. Biiftuun maatii ishee bira turtee deebite.
4. Boontuun Jimmatti dhalate; Yeroon immoo, Wallaggatti dhalate.
5. Kuusaan mana barumsaa deeme; Mijjeessaan immoo, manatti gale.
3. Himoota walxaxaa shan barreessi
Deebii
1. Yoo beektes, yoo wallaaltes; gorsa namaa hin tuffatiin.
2. Yoo qabaannes yoo dhabnes; mana keenya bulla.
3. Yeroo mana barumsaa deemtu na dubbisi.
4. Sooromtes hiyyomtes; dhimma keenya miti.
5. Osoo beektuu narraa gorte, anis dhimma kee hin qabu.

You might also like