You are on page 1of 53

BIIROO BARNOOTAA OROMIYAA

D/M/B/FI HOG. M.BARNOOTAA

Meeshaalee To’annoo Hojiirra


Oolmaa IWDK fi Daree “O”f
Qophaa’e
Adaamaa
Hagayya Bara 2014
I. SEENSA
• Kunuunsi daa’imanii kan jalqabu gadameessa
hadhaa keessatti akka ta’e qorannoowwan ni
mirkaneessuu. Dhalootaan booda kunnuunsa
hundagalessa guddinna daa’iman (sammuu,
qaamaa, yaadqalbiifi hawaasummaa) gaheen
maatiifi hawaasaa olaanaa dha.
Itti fufa….
• Daa’immanii barnoota idileef qopheessuuf
barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa gahee
olaanaa akka qabu qoratoonni xiyyeeffannoo
guddaan ibsu. Daa’imman barnoota Sadarkaa
tokkoffaan duraa argachuun isaanii barnoota
sadarkaa tokkoffaa bu’a qabeessa taasisuuf
murtessaa dha.
Itti fufa….
• Barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa barnoota
idileef faayidaaleen inni gumaachu hedduu
keessaa:
 barnoota barataniifi naannoo mana barnootaa
jaalachuu,
barnoota addaan kutuu hir’isuu
baayyiina barattootaa irra deebi’an hir’isuu,
 fudhannaa barnoota haalaan foyyeessuufi kkf
ibsuun ni danda’ama.
Itti fufaa…
• Kana hubannoo keessa galchuun seektarri
barnootaa daa’imman barnoota sadarkaa
tokkoffaan duraa akkaataa itti argatan haala
mijjeessuun kutaa ”o’’, oolmaa daa’imaniifi
gurmaa’ina tooftaa birootiin barnoota akka
argatanii carraaqqii guddaan taasifamaa jira
Itti….
• Barumsa daree “O” fi Iyyafannoo walittifufaa
daree keessaa milkeessuuf deeggarsaafi
to’annaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa,
Waajjira Barnoota Godinaaleefi Aanaalee,
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa,
Suupervaayizaroota fi dura bu’oota manneen
barnootaa akkasumaas barsiisotni itti
gafatamummaa olaanaa qabu.
itti…
• Kanaafuu leenjiin kun deeggarsaafi To’annoo
daree “O” fi iyyaafannoo walitti fufaa daree
keessaa, IWDK(CCA) irratti xiyyeeffata.
2. Kaayyoo

• Meeshaalee to’annaafi hordoffii ittiin gaggeessan


irratti odeeffannoo bu’uuraa ogeeyyii BBO, ogeeyyii
wajjira barnootaa Godinaaleefi barsiisota daree ‘O’,
dura bu’oota manneen barnootaa ‘Phase I’ jalatti
hammataman keessaa madaallii inspeekshinii
waliigalaan sadarkaa 1ffaa irratti kufaniif hubannoo
kennuufi.

• Barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa fi Iyyaafannoo


waliittifufaa daree keessaa milkeessuuf bakka
fooyya’insi itti barbaachisu akka adda baafataniif
Ogeeyyii barnootaa sadarkaa sadarkaan jiran akka
deggaraniif
3. Barbaachisummaa
• Iyyaafannaa walitti-fufaa daree keessaa
(IWDK) haala iddilaa’een ni to’atamna
akkasumas ni madaalama.
• Sagantaan dagagina ogummaa waliittifufaa
(DOW) deeggarsa waliitti qindaa’aa ni argata.
• Iyyaafannaa waliittifufaa hojiirra oolchuuf
meeshaalee to’annaa sadarkaa isaa eeggate ni
qopha’a.
• Daa’imman guddina yeroo daa’imummaa
duraafi qophii bu’uura dandeettii barnootaa akka
qabaatan ni taasisuu.
Leenjiiwwan Hanga Ammaatti kennaman

1. Leenjii Barsiisotaa Daree O (O-Class Training)


2. Leenjii Gorsuu (Coaching Training)
 Dura Bu’oota Manneen Barnootaa
 Supparvaayizaroota WGMB
3. Leenjii Barsiisota Adda Dureefi Supparvaayizarootaa (Key
teachers and Supervisors Training) IWFDK
 Barsiisota adda duree Barnoota Afaan Oromoo
 Barsiisota Adda duree Barrnoota Afaan Ingilizii
 Barsiisota Adda duree Barnoota Herregaafi
 Supparvaayizaroota WGMB
4. Leenjii IWFDK (CCA)
 Barsiisota Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa fi 2ffaa
 Barsiisota Barnoota Afaan Ingilizii Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
 Barsiisota Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
 Dura Bu’oota Manneen Barnootaa
Leenjiiwwan bara 2014 keessa Raawwataman
Karoor Raawwii Raawwii
La Gosa hojii a Dhi Dub Ida. %
1Leenjii Leenjistoota Daree-O 81 75 6 81 100.00
2Leenjii Daree 'O' Phase-II 3583 1515 1996 3511 97.99
3Leenjii Daree 'O' Phase-I 297 38 88 126 42.42
4Dawwannaa M/B phase -I 512 359 83 442 86.33
Leenjii keessa deebii IWFDK/CCA
5 phase-I 3028 613 223 836 27.61
Leenjii To'annoofi
6 hordoffii/Coaching phase-II 4300 1796 79 1875 43.60
Leenjii IWFDK/CCA barsiisota 2868 2164 454 2618
7 adda dureefi sup. 91.30%

Leenjii Barsiisotaafi dura


8 bu'ootaafi sad. CRC'tti kenname 14332 8583 2488 2618 91.30%
Ciminaalee fi Hanqinaalee Leenjiiwwan
BSTDfi IWFDK
Ciminaalee Mul’atan
• Leenjiichi Namuusa ol-aanaan kan kenname ta’u
• Baayinaan Barsiisoota dhimmii ilaaluu IWDKfi
BSTD akka leenjii fudhatan ta’eera
• Bakka hedduutti barattootni BSTDn barsiisota
leenjii fudhataniin akka barataniif carraa
uumeera
Hanqinaalee
• Manneen Barnootaa miti motummaa filannoo
manneen barnootaa keessa galuu
• Manneen Barnootaa pirojeektii kana keessatti
hinqabamneerraa barsiisota filachuun leenjiif
ergu.
• Leenjiin IWFDK/CCA sadarkaa WGMB
gaggeeffaman harcaatii qabaachuu.
• Teessoon da’immanii mijataa ta’uu dhabuu
Kanta’uu qabu
Hanqinaalee…
• Hubannoo dhabuu ykn kutannoo dhabuun kan
ka’e ergaan gadi darbu hojiirra olmaan isaa
laafaa ta’u. Keessattuu ogeeyyiin aanaalee
leenjii hinfudhanne jechuun deeggarsa gochuu
dhabuu
• Barsiisota Leenjii fudhatan kutaa birootti
fayyadamuu. Keessattuu Barsiisota
4. Gocha To’annoo fi qajeelcha IWDK

4.1. Gocha To’annoo


• Gochi to’annaa sadarkaa mana barumsaa
tarkaanfataa (progressive) ta’u qaba.

• Maneen barnootaa filataman (targated Schools)


ta’an bifa iddileen suupervaayizeroota,
barsiisota qaxalee fi ogeeyyii waajjira
barnoota aanaan daawwatamuu qabu.
Gocha To’annoo….
• Daawwannaan manneen barnootaa IWDKn
wal-qabatan, keessattuu kolleejjii barnoota
barsiisotaan (CTEn) geggeeffamu qaba.

• Barsiisonni qaxalee fi suupervaayizeroonni


sadarkaa mana barumsaatti hojiirra oolmaa
sagantichaa dabalu /hariifachiisutu irraa eegama.

• Dandeettii barsiisota gosa barumsaa ijaaruuf


suupervaayizeroonnifi barsiisonni qaxaleen
daawwannaa geggeessuutu irraa eegama.
Gocha To’annoo….
• Suuperviiznini walitti-fufaa daree keessaa
kennuun qaawwa hojjiirraa oolmaa sagantichaa
adda baasuufi furmaata barbaachisaa qaawwa
adda ba’eef kaa’aa deema.
• Waan kana ta’eef suuperviiznini marsaa
sadii(3) gaggeeffama.

suuperviizniniin marsaa jalqabaa karoorsuu fi


qophii walii-galaa irratti xiyyeeffata.
Gocha To’annoo….
 suuperviizniniin Marsaa lammaffaan hojiitti hiikuu fi
hojii ulfaataa (challenge) mudatee irratti kan xiyyeeffatu
ta’a.
 Suuperviizninii marsaa inni dhumaa milkaa’ina
argame irratti xiyyeeffatamuu qaba.
4.2. Qajeelcha To’annaa
• Gabatee 1: Qajeelcha To’annaa
Mala/Toftaa Ibsa

Manneen barnootaa irratti karoorfame ykn


Daawwannaa irratti hojjetamu /targated schools/irratti
xiyyeeffata. Galmee sakatta’iinsaa marsaaf
dirree/qalbeeffannaa qophaa’e fayyadama. Odeeffannoo sirrii
galmeessisuuf qalbeeffannaa fi mala biraa
fayyadama.

Walga’ii irra deebiin ilaaluu/Review Barsiisota Afaan dhalootaa, ingliffaa fi


meeting/
herregaa

Faayila/Document/irra deebiin Tokkoon-tokkoo barsiisaa kitaaba harkee


ilaaluu. qabaachuu isaanii sakatta’uu.
/Document Review/
Gabatee 1……
Mala/Toftaa Ibsa

Gaaffii barreeffamaa Gaaffii dabalataa ibsa barbaadan ykn gadi-fageenyaan


/Questionaires/ hubachuuf barbaachisan qopheessuu.

Gaaffii afaanii /Interview/ Dhimma furtuu waa’e hojii ulfaataa/challenges/hojiirra


oolmaa IWD keessatti mudatu gaaffii namaa-namatti deebisa.

Sakatta’iinsa tarree Sakatta’iinsa tarree marsaaf qophaa’e seenaa duraa irra


/check-list/ deebiin ilaaluu ,milkaa’ina jijjiiramaa irratti
xiyyeeffachuu ,sarara yeroo sakatta’uu,yaada gooree fi walii-
galaa kennuu.
5. Check-list/ Meeshaalee Raga IWDk
Walitti Qabuuf Gargaaru
5.1. Cheeklistii 1: Meeshaalee to’annoo IWDK wiirtuu
suuprvaayizera aanaatiif
1. Maqaa naannoo ____________________________
Godina_________________Aanaa____________________
2. Wiirtuu______________
3. Maqaa mana barumsaa_____________________
4. Lakk, barsiisota Afaan Dhalootaa kutaa 1 fi 2__________
5. Lakk. barsiisota herregaa kutaa 7 fi 8_____
6. Lakk. barsiisota afaan ingliffaa kutaa 7 fi 8__________
7. Maqaa suupervaayizeraa________________________
A. Meeshaalee/Mateeriyaaloota

Lak Meeshaalee Lak. Baay’ina Lak. Ibsa


L.k Meeshaalee Lak. kenname Baay’ina Lak. Ibsa
kenname dabalataa
k dabalataa
1 Jiraachuu meeshaa IWD
1 Jiraachuu meeshaa IWD
1.1 Lak. barsiisota afaan dhalootaa
1.1 Lak.b arsiisota afaan
(MT)CCA kitaaba harkee (Kutaa 1
dhalootaa (MT)CCA hand
fi 2 )
book (Kutaa 1 fi 2 )
1.2 Lak. kitaaba harkee ingliffaa
1.2 (Kutaa 7 fi 8
Lak. kitaaba harkee
ingliffaa (Kutaa 7 fi 8
1.3 Lak. kitaaba harkee herregaa
( kutaa 7 fi 8)
Itti fufa….
La Meeshaalee Lak. Baay’ina Lak. Ibsa
k kenname dabalataa

1.4 Lak.maanualii leenjii IWD


(ingliffa ,Afaan dhalootaa ,herrega
hooggantoota manneen barnootaaf
(giddu-gala wiirtuutti)

1.5 Lak.maanuaalii leenjii IWD barsiisota


qaxale faan dhalootaaf (giddu gala
wiirtuutti)

1.6 Lak.maanuaalii leenjii LWD barsiisota


qaxaleef ingliffaaf (giddu-gala wiirtuutti)
Ittifufa….
Lak Meeshaalee Lak. Baay’ina Lak. Ibsa
kenname dabalataa

1.7 Lak.maanuaalii leenjii IWD


barsiisota qaxalee herregaaf
(giddu-gala wiirtuutti)

1.8 Lak. IWD qajeelcha


tarsiimoo

1.9 Lak. qajeelfama hojiirra


oolmaa LWI

1.10 Lak. meeshaa to’annoo fi


deggersaa IWD f
B. Gochawwan Leenjii

Lak Meeshaalee/Mateeriyaalii Dhiira Dhiira Dubartoota Dubartoota


k IWDK iratti Leenjii kennuu leenji’e hinleenjine leenji’an hinleenjine

1 Barsiisota Ingiliffaa
2 Barsoosota Herregaa
3 Barsiisota Afaan
Dhalootaa
4 D/B Ykn I/A/D/bu’oota
5 B/sota walii waliin
ta’uun muuxannoo
waljijjiiran
6 B/sota muuxannoo
waljijjiirraf manneen
barnoota olla
daawwatan
C. Sagantaa Hubannoo Uumuu

Lak Sagantaa iyyaafannoo walitti-fufaa Baay’ina Yaada


daree keessaa irratti hubannoo hirmaattota
uumuu a

1 Sagantaa GMBB,Maatii,Hawaasaa fi
kkf hubannoo uumuu qindeessuu

2 Nageenya hawwasummaa (Social


security) ilaalchise hawaasa
manneen barnootaattif hubannoo
kennamu qindeessuu
D. Karoora Iyyaafannoo WalittiFufaa Daree Keessaa/IWDK

Lak Karoorri IWDK Kan Kan Kan


jiraachuu kurmanaa semisteeraa waggaa

1 Sagantaa raawwii
karooraa
2 Baajeta barbaachisu

3 Meeshaalee
barreeffamaa
barbaachisu
Ittifufa----

• Yaada (gaffilee armaan gadii barsiisota muraasa


gaafadhu)
A. Qulqullina, walta’iinsaa fi bu’a qabeessuummaa leenjii
kanaa ibsi.
____________________________________________
____________________________________________
______
B. Hojiiirra olmaa sagantaa IWDKtiif yeroo gareen
walbarsiisuuf daawwannaa daree kkf gaggeeffamu
rakkoowwan mudatan ibsi.
____________________________________________
____________________________________________
____________________
Ittifufa….

C. Hojiiirra oolmaa IWDK keessatti hojiiwwan


muuxannoo gaggaarii ta’uuf abdataman nijiruu? Yoo
jiraatan kan muuxannoo babal’suuf gargaaru kam
akkata’e ibsi.
___________________________________________
___________________________________________
___________________________________________
D. IWDk hojiirra oolchuurratti muuxannoowwan
barsiisotaa fi kilaasteriin horataman ibsi.
___________________________________________
___________________________________________
____________________________________
5.2. Cheeklistii 2:: Daawwannaa daree/barannoo; Supparvaayizaroota fi barsiisota addaduree filatamaniif

• Maqaa barsiisaa: _________________


• Sad. barnootaa:___________
• Akaakuu barnootaa: _______________
• Guyyaa: ____________
• Kutaa fi Daree: _________________
• Boqonnaa: ______________
• Mata duree barannoo_______________
Gulantaa/Sadarkaa: (1: gad aanaa; 2: quubsaa; 3: gaarii; 4: baay’ee gaarii; 5:
baay’ee baay’ee gaarii; madaalamuu kan hindandeenye/MH

La Gochaawwan madaallii 1 2 3 4 5 MH
k.
1 Kroorri banootaa dandeettii barattoonni
gonfachuu qaban kan kitaaba barataa keesa
jirurratti bu’uureffate

2 Barsiisaan mala barsiisuu mijataa


fayyadame
3 Barattoonni dandeettii akka gonfatamu
barbaadame akka gonfataniif barsiisaan
gochaawwan mijatoo ta’an fayyadama

4 Barsiisaan meeshaalee deggersa barnootaa


mijataa fayyadama
Ittifufa….

Lak Gochaawwanmadaallii 1 2 3 4 5 MH
.
5 Dandeettii gonfatamuu qabu
gonfachuu barattootaa
mirkaneessuuf barsiisaan malleen
iyyaafannoo mijat’aa fayyadama
6 Qabiyyeen barnootaa, dandeettiin
gonfatamuu qabuu, malli baruu
barsiisuu fi meeshaan deggersa
barnootaa walta’iinsa qabaachuu
7 Barsiisaa qabxii barattootaa
nigalmeessa duub-deebiis
nikennaaf
Ittifufa…
Lak. Gochaawwanmadaallii 1 2 3 4 5 MH
8 Barsiisaan barattoota nijajjabeessa
akkaataa dandeettii barachuu isaanii
bu’uureffachuun deggersa sirrii
nikenna
9 Barsiisaan barattoota fedhii addaatiif
deggersa barbaachisaa ni kenna
10 Hanqina barattootaa duub-deebii
kennamuun of jijjiiruu hindandeenyee
gutuuf gochaalee dabalataa nikenna
11 Fooyya’iinsa qabxii barattootaatiif
barsiisaan gochaawwan qabiyyee
barannoo gabbisan dabalataan nikenna
Ittifufa…..
Yaada
A. Cimina
___________________________________________________________________________________________
____________________________

B. Wantoota fooyya’uu qaban


___________________________________________________________________________________________
__________________________

C. Iyyaafannoo dubbisuu barattootaa irratti odeeffannoo ragaan


deggarame dhiyeessuu
___________________________________________________________________________________________
_________________

D. Barattoota fedhii addaatiif barsiisaan deggersa addaa akkamiin kenne?


Fkn barnoota dabalataa, meeshaalee dubbisaa,
gilgaalota/gaaffileedabalataafi
kkf_______________________________________________________________________________________
________________________________________________________________-

• Yaada walii gala


5.3. Cheeklistii 3:meeshaalee hordoffiifi deggersaa IWDK dura bu’oota manneen barnootaaf(Kan
kurmaanaa)

• Maqaa naannoo/ magaala _________________


Bulchiinsa __________Godina ______________
Aanaa ________________
• Maqaa dura bu’aa m/barumsaa ______________
________________________
• Sad.barnootaa ____________
• kilaastera ______________________
• maqaa m/barumsaa __________________
Ittifufa…
La Gochaawwan Eeyyee Lakki Yaada
kk.
1 Meeshaaleen IWDK guutuudha.
2 Barsiisoonni gosa barnootaa tokko
barsiisan waliin hojjachuu isaani
nihordofamu
3 Sadarkaa mana barumsaatti
muxannoowwan gaggaariin IWDKn
horataman dokumeentii hordoffiin
mirkanaa’eera.
4
Barsiisoonni IWDK guyyaa guyyaan
hojiiirra olchuun isaanii foyya’eera
Ittifufa….
Lak Gochaawwan Eeyyee Lakki Yaada
5 Barsiisoonni waa'e IWDK Karoora
barannoo guyyaa guyyaa keessa
galfachuu isaanii nihordofamu
6 Barsiisotni kitaaba harkee IWDK akka
fayyadamuu foyyessaniif Daawwannaa
daree nigaggeffama
7 Daawwannaa Satalaayitii kee jala jiran
akka muxannoo waal-jijjiran Qindeessi
8 Dokumeentii guutuu IWDKn walqabatu
hundi qophaa’eeraa
9 Ogummaa teekiniikaa, faayinaansii fi
bulchiinsa IWDK CRC waliin
waltumsuudhaan mijateera
Ittifufa…..
• Yaadota
A.Cimina_______________________________
B. Gufuuwwan ______________________
C. Furmaata Barbaachisu _______________
D. Yaadota walii gala _______________
5.4. Cheekilistii 4: Guca Gabaasa Supparvayizarootafi
Barsiisota Adda dureen Guutamau (Nuusa Nuusaan)
Lak Deeggarsaafi To’annoo Baay’ina Yaada (Naannoo
Xiyyeeffannaa
To’annoo)
1 Baay’ina Manneen barnootaa
CRC jila jiran daawwataman
2 Baay’ina Manneen barnootaa
Satalayitii jala jiran
daawwataman
3 Baay’ina manneen barnootaa
CRC jala jiran
supparvaayizaraan
daawwataman
Itti fufa----
Lak Deeggarsaafi To’annoo Baay’ina Yaada (Naannoo
Xiyyeeffannaa
To’annoo)
4 Baay’ina manneen barnootaa
saatalaayitii jala jiran barsiisaa
adda dureen daawwataman
5 Baay’ina manneen barnootaa
daawwannaa CRCfi CRC giduutti
taasifame
6 Baay’ina walga’ii muxannoo wal-
jijjirraa barsiisota mana barumsaa
filatame gidduutti gaggeeffame
7 Baay’ina Manneen barnootaa
muxannoo wal-jijjirraa mana
barumsaa ollaa wajjin gaggeessan
qindaa’e
La Inispeekshinii Gaggeeffama Baay’ina Manneen
k Barnootaa
Sadarkeeffaman

1 Baay’ina manneen barnootaa


inispeekshiniin keessatti gaggeefame

2 Baay’ina manneen barnootaa


sadarkaa foyyeeffachuun milkaa’an

3 Baay’ina Gufuuwwan adda bahanii


furmaata barbaadan
4 Gufuuwwan gurguddoo sadarkaa
CRC hikamuu hindandeenye

5 Xiinxalaa daataa fi Gabaasa


Inispeekshinii
5.5. Meeshaalee To’annoo Addaa IWDK
Afaan Oromoofi Ingiliffaaf
HUB. Cheekilistiin kana gadii xiyyeeffannaa
adda barbaadaan barumsa Afaan Oromoofi
Ingliffaa sadarkaa hunda irratti argaman
to’achuufi madaaluuf dabalataan kan
barbaachisaniidha.
Naannoo ______________ Godina___________
Aanaa________________ Maqaa itti gafatamaa
kutaa ______________ CRC _____________
Ittifufa….
Lak Gochawwan Dhiira Dubara Yaada
k
1 Iddattoo fudhachuun kutaa 2ffaa
irratti Iyyaafannoo dubisa irratti
gaggeessi
2 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa
dubisuu hin dandeenye (baayyee
gadi aanaa)
3 Baay’ina Barattootaa xiqqoo
xiqqoo dubisan (suuteeyyii)
4 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa
Afaan Oromoo dubbisa isaanii
suuta suutaan dabalaa deemaniifi
kan dubisan walsimsiisuu danda’an
Ittifufa….

Lak Gochawwan Dhiira Dubara Yaada


k
5 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa
Afaan Oromoo sirriitti dubisaniifi
kan dubisan walsimsiisuu
danda’an
6 Ragaa “NLA” jiru wajjin wal bira
qabanii ilaaluun jijjirama jiru
safaruu
7 Barattoota kutaa 8ffaa barnoota
ingiliffaa fi herreegan aveereejjii
qabxii darbiinsaafi isaa ol
galmeessan
8 % Yeroo barannoo sagantaa
barumsaaf qabame wajjin yoo
ilaalamu
Ittifufa….
Yaada
A. Cimina_______________________________
B. Gufuuwwan __________________________
C. Furmaata Barbaachisu __________________
D. Yaada Waliigalaa______________________
Ittifufa…..
6. Gabaasa IWDK
 Hojiirra oolmaa IWDK irratti waajjirri barnootaa
gabaasa qopheessuuf itti gaafatamummaa qaba.
Odeeffannoowwan yeroo dawwannaa waliitti
qabaniin supparvaayizarootni CRCnfi barsiisotni
adda duree filataman waajjira barnootaaf ni
gaabaasu. Waajjirri barnootaa aanaa immoo
waliitti qabuun Godinaaleef kan gabaasaan ta’a.
Waajjirri barnoota Godinaalee immoo Biiroo
barnootaa Oromiyaatiif kan gabaasan ta’a.
Itti fufa…..
 Koolleejjin barnoota barsiisotaa deegarsa ogummaa,
hordoffii, To’annaafi madaallii gaggeessuun BBOf
ni gabaasu.
 Kanneen kana gadii Guca yaa’insa gabaasa
to’annoofi madaalliiti
 Seensa
 Kaayyoo Sagantichaa
 Karooraafi Raawwii (Milka’ina Jiru)
 Facaatiifi Baasii Faayinaansi
 Gufuuwwaniifi
 Barannoo fakkeenyummaatti fudhatamu, jjijjirama
uumame ykn fakkeenyummaa caqasamuu danda’u
Guca Jijjirama Nuusa Nuusaan Argame itti
Gabafamu
• Maqaa Dhaabbataa______________
• Mata Duree Sagantaa_____________
• Yeroo Gabaasaa _________hanaga ________
• Naannoo_________________ Aanaa________
CRC ________________ KBB ________________
Ittifufa….
Lakka Gocha Hojiiwwan Fizikaalaa Faayinaansii
wwan
Karoora Raawwii %dhan Karoora Raawwii %dhan
Kaardii Gabaasaa Mana Barumsaa (School Report Card )

• Kaardiin Gabaasaa:
1. kan Guutamu
Barsiisota Adda duree (Key teachers
Supparvaayizaroota WGMBfi
2. Marsaa Sadii (3) kan Gaggeeffamu ta’ee
 Tokkon tokkon Marsaa Kooppii lamaan guutamee
 Koppiin tokko Mana Barumsaa
 Koppiin tokko immoo Waajira Barnootaa
kan taa’u ta’a
 ‘Scan’ kan ta’ee BBO dhaqabu qaba
Kardii Gabaasaa
3. Qaamni Daawwatamu
 Barsiisota Daree ‘O’
 Barsiisota Afan Oromoo Kutaa 1ffaa fi 2ffaa
 Barsiisota Afaan Ingilizii Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
 Barsiisota Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
 Dura Bu’aa Mana barumsaa(Kaardii
Gabaasaa.docx)
a !
m a
to o
a l a
G

You might also like